Fiilmii Afaan Oromoo Haaraa Kiyyaf Tiyya 2022 [ New Afaan Oromo Film/Ethiopian Oromo Movie 2022]

  Рет қаралды 300,242

Leemman Entertainment

Leemman Entertainment

Жыл бұрын

Leemman intartemantiin Fiilmiiwwan fi Diraamaawwan haaraa akkasumas taphoota nama bowaarsan isiniif qabatee dhiyaata. Chaanaalii keenyaaf haaraa yootaatan subiskiraayibi gochuun maatii keenya akka taatan isin affeerra.
Namoonni yaada qabdan akkasumas dhaabbilee ykn omishaalee keessan beeksifachuu barbaaddan karaa lakkoofsa bilbilaa +251911072702 karaa saanduqa poostaa 15218 Email: leemman26@gmail.com Telegrama @leemman_entertainment karaa Facebookaa :leemman entertainment TikTok: @leemman_entertainment instagram: @leemman_entertainment tiin nuquunamu dandeessu
---------------------------------------------------------------
በሌመን ኢንተርቴይመንት
አዳዲስ የኦሮሚኛ ድራማዎች እና ፊልሞች እንዲሁም አዝናኝ ጨዋታዎች ተዘጋጅተው ወደ እናንተ ይቀርባሉ !
ለቻናላችን አዲስ ከሆናችሁ አሁኑኑ ሰብስክራይብ በማድረግ ቤተሰብ ይሁኑ
---------------------------------------------------------------
@ Leemman Entertainment
New Oromo dramas and movies as well as fun games are ready for you!
If you are new to our channel, subscribe now and become a family
• AFAAN OROOMO MOVIE KIY...
Those who have any ideas and would like to promote their companies or products can contact us via +251911072702 via PO Box 15218 Email: leemman26@gmail.com Telegram @leemman_entertainment via Facebook :leemman entertainment TikTok: @leemman_entertainment instagram: @leemman_entertainment
---------------------------------------------------------------
#LeemmanShow
#NewOromicDrama
#AfaanOroomoMovie
#AfaanOroomoTiktok
#EthiopianOromoMovie
‪@visionentertainment4507‬ ‪@OBNoromiyaa‬ ‪@FIBMEDIA‬ ‪@leeman26‬‪@OromiaMedia‬ ‪@DrNafyadGetuOfficial‬ ‪@teslatwitteruss4‬​‪@GoldenRecordsWorldwide‬ ‪@MinewShewaTube‬ ‪@hopemusicethiopia‬ ‪@VOAAfaanOromoo‬ ‪@donattube‬ ‪@anetube12‬ ‪@Bonytube‬ ‪@PresidentMensurJemal‬ ‪@AnwaarBSirnaGadda‬ ‪@Finfinnee_Tube_MultiMedia‬‪@ArtsTvWorld‬

Пікірлер: 751
@nevergiveup8192
@nevergiveup8192 Жыл бұрын
Sabakoo haala gaariirra jirtu. Dhuga dubbachuuf haallii acting keessanii adda. Xiqqoo seenaa iskriiptii sanatu.... Isarraa kan hafe Actor akka Waadaa,Kiyyaa fi keessumaa immoo tiyyaa argachuun nuuf carrooma guddaadha. Nuu jabaadhaa dhugaa😍
@Efi24
@Efi24 Жыл бұрын
Fiilmiin afaan oromoo nuuf guddacha jira maashallah hacee xiqqo baaye sin jaaladha isin hundayyu 🥰🥰🥰🥰🥰💝
@Beckyinfo
@Beckyinfo Жыл бұрын
sabscribe naf godhi keshty
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please musaa
@s.shawaa8225
@s.shawaa8225 Жыл бұрын
Galata waqaa koo filmi afaan oromo argachuu eegallee 🥰🥰🥰
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@Qubee-Entertainment.
@Qubee-Entertainment. Жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/erh9aZto3KzSk6s.html
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please s shawaa
@samdraabdul6763
@samdraabdul6763 Жыл бұрын
kkkkkkkkk
@ababachfayera826
@ababachfayera826 Жыл бұрын
Jabaadha jajjabee ilmaan oromoon baay'ee bareeda
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@gadatube1231
@gadatube1231 Жыл бұрын
Raachuu Leemmaan entertainment keessaa baasaa. Inni Oromoo wajjii hin deemuu
@yaawaaqakosittuubeeka7260
@yaawaaqakosittuubeeka7260 Жыл бұрын
Malii basuu ree in jajjabeessuu malee
@hirpuuyoutube5448
@hirpuuyoutube5448 Жыл бұрын
Wawoo jabadhu ayu kana calaa akaa hojatuu abdin qaba
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatoomi 🙏🏾
@ajmansafeer2991
@ajmansafeer2991 Жыл бұрын
🥰😍😍😍😍😍😍bayyee namatii tolaa jajabadhaa ittii fufaa
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatoomi 🙏🏾
@amigomizt9309
@amigomizt9309 Жыл бұрын
Jabaadha garuu maalodha filmichi Kan afaan oromoodha mini......afaan keessan utuu filmii hin hojatin sirreessadha.
@helleen4304
@helleen4304 Жыл бұрын
Nuuf jiradhaa jabadhaa Itii fufaa Please Romanin itii dabalaaa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please Aloo
@burkaentertainment6929
@burkaentertainment6929 Жыл бұрын
Gosh joollee keenya
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma
@firaanintrteiment1030
@firaanintrteiment1030 Жыл бұрын
Jabaadhaa qaliiwaan kenyiin
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please firaan
@chaltu3505
@chaltu3505 Жыл бұрын
Wall come back babareduwan oromiyaa
@Golaoromoo3
@Golaoromoo3 Жыл бұрын
Maatii naaf tahi lammii koo wal haa jabeessinuu!
@chaltu2957
@chaltu2957 Жыл бұрын
Uuuuuuuuffffiii Maaloo barumsaa gudda of kessa qaba halumaa kanaan itti fufaa♥️♥️♥️♥️♥️♥️🥰🥰🥰
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@chaltu2957
@chaltu2957 Жыл бұрын
@@leeman26 Isiin jalaanna jabaadha qomowwan koo♥️♥️🙏
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Bayye galatooma nuuf jiradha 🙏🏽
@seenaaorotube6627
@seenaaorotube6627 Жыл бұрын
Ayyuu koo dhugaa ati ishee jaaladhu
@imuutube6949
@imuutube6949 Жыл бұрын
Jabadha heddu namatii tola🌄
@burkaentertainment6929
@burkaentertainment6929 Жыл бұрын
Maatii naaf tahi mee qashxii a
@louatlouat8505
@louatlouat8505 Жыл бұрын
Dhugaa barosaa gudaa ofii keessaa qabaa jabadhaa itii fufaa hojadhaa isin fanaa jiraa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰jabbadhaa tolee
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Tolee galatooma 🙏🏽
@shitomoha6927
@shitomoha6927 Жыл бұрын
Bayeeeee nama tolla Jabadha
@abdulazizmuhammed5175
@abdulazizmuhammed5175 Жыл бұрын
Dhugaa rabbii namatti tola jabaadhaa👌👌
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma
@Murretips
@Murretips Жыл бұрын
Paartii osoo gootanii baayyee tola Jabaadhaa qoomoo too!! 🥰🥰 Filmii akkaan namatti toluudha. Baayyeen isin jaaladha!!
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@Beckyinfo
@Beckyinfo Жыл бұрын
subscribe naaf godhi keshtiko
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please murre
@lilifirdissa2451
@lilifirdissa2451 Жыл бұрын
Woww baa'yee namati tolaa jabadha
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@metiiiwallaga3427
@metiiiwallaga3427 Жыл бұрын
Ijollee kanaa bay,ee jalaadha dhugaa jabaadha hedduu kessatuu hace xiqof , ayyuu bay,ee jalaadhaa,,, kessuma jalala artiif qabuu bay,eedha . Guyyaa tokkoo akkaa ittii na dabaltanii kabajan siin gafaadha ijolle qashitii 🥰🥰🥰
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Tole galatoomi
@dabayohanis8236
@dabayohanis8236 Жыл бұрын
Am so happy I donw wt am say Ajaaibadha jabaadha abdii gudda isinarra qabna Akka artiin filmii keenya biyya kana keessati ol jedhe dhaabatu shakki 1 hin qabu lvu all actor
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@kalidfadilu2934
@kalidfadilu2934 Жыл бұрын
Wow ijolle oromo bay,ee galatoma film affaan oromo afaan kenyaan nuf hojechuu kessanif ammalle itti fufa galatoma 🙏
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please kalid
@xajjoogutu2588
@xajjoogutu2588 Жыл бұрын
Bareedaa jabaadha 💘💘💘💘 Well come best
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@Wankooshow
@Wankooshow Жыл бұрын
#KiyyaafTiyyaa. Dansaadha continue more language......... Jajjabaadha.
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@bontufeysa2405
@bontufeysa2405 Жыл бұрын
Oromowani ko jaabadha siifi jiraa
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please bontu
@hayadhasan6022
@hayadhasan6022 Жыл бұрын
Jabadha jolee oromoo qalii ijaa kulaa
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatoomi 🙏🏾
@murteeshow1966
@murteeshow1966 Жыл бұрын
wow ijoole oromoo An isininin bona yomile
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@tolaisaniguse1997
@tolaisaniguse1997 Жыл бұрын
Namatti tola jabaadhaa
@sifaanorotube9416
@sifaanorotube9416 Жыл бұрын
Wwwwwww amaan xumuree aren ture michachayoo qachoo sanitiikkkkkkkkkk🙈🙈
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@ebatube5482
@ebatube5482 Жыл бұрын
Dhuga bay'e namati tole jabadha ijole kenya
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please obsi
@ebatube5482
@ebatube5482 Жыл бұрын
Mati naf ta'a
@SBABabba
@SBABabba Жыл бұрын
Bareda Jabadha
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@mosisadibaba8730
@mosisadibaba8730 Жыл бұрын
nama dhugaa kan ijoollee sana adda baasuu dhiiftee walitti deebifte guddadhu. ferei girmaa mucaa classko kan turte baga ittiin sigahe jabaadhu.
@yomifsedeta2243
@yomifsedeta2243 Жыл бұрын
jabaadhaa 🙏
@Beckyinfo
@Beckyinfo Жыл бұрын
sabscribe naf godhi keshty
@shelemehachalu1387
@shelemehachalu1387 Жыл бұрын
Ayyuun tokkoffaadha,,,,bareedinaanis, taatummaadhanis!
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatoomi
@hanakatema1463
@hanakatema1463 Жыл бұрын
Fayaa sifi yaa kenuu mucaa qalaa suni gari gote siti gamaddee anii💓💓❣️❣️💞
@anisaanyijawee556
@anisaanyijawee556 Жыл бұрын
Jabadhaa dhugaa bayyee namaa tolaa garuu kutaa oso gotaan akkam
@shaleelhashem6695
@shaleelhashem6695 Жыл бұрын
Wwwwwww❤️❤️❤️❤️❤️🌷🌷🌷💐💐💐Qalii Qalii namaa
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@munawwarhuseen1593
@munawwarhuseen1593 Жыл бұрын
Jabaadha qaqaali kenyaa nuttiis wa hundaan isiin faana jiraa filmii dhugaa ❤️👈🔥😎
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-qo7tm4uu7x
@user-qo7tm4uu7x 25 күн бұрын
Hoji baayyee namaa dhibbuu dhugaa uuuuuufffffff nati toleeeeeeeeeeeeee❤❤❤❤❤❤❤❤
@leeman26
@leeman26 25 күн бұрын
Galatooma 🙏🏽
@ahmedorotv1975
@ahmedorotv1975 Жыл бұрын
Fiilmi bayyee ergaa qabuu dhaa jabdhaa
@fiqeetube9224
@fiqeetube9224 Жыл бұрын
Utuun aariin gubadhuu dhuma irratti na boqochiiftan Naa jiraadhaa❤️❤️
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@feyisalemessa2201
@feyisalemessa2201 Жыл бұрын
Yooyyaa!!!
@Beckyinfo
@Beckyinfo Жыл бұрын
sabscribe naf godhi keshty
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please feyisaa
@sifaanorotube9416
@sifaanorotube9416 Жыл бұрын
Anaa dhufuu qaliwaan kenyaa like Sher nafis mati ta.aa
@caaltuutolaa3889
@caaltuutolaa3889 Жыл бұрын
Gaariidha. Yeroo ittii anuu kanaraa ta'aati hojaadha. Jabaadha. ❤❤❤❤
@Beckyinfo
@Beckyinfo Жыл бұрын
sabscribe naf godhi keshty
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please caaltuu
@mimishekediir1028
@mimishekediir1028 Жыл бұрын
Dadafaa nuuf koota
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Tolle galatooma
@Golaoromoo3
@Golaoromoo3 Жыл бұрын
Maatii naaf tahi lammii koo wal haa jabeessinuu
@shakira123shakira2
@shakira123shakira2 6 ай бұрын
RACHU terdet oromoo nufi jiradhu ❤
@leeman26
@leeman26 6 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@Ggg-bd7cy
@Ggg-bd7cy 11 ай бұрын
Waw maski faa walin dalagaa ❤ qaqalii oromo afan oromo nuf gudachu das jedha.afan amara dawwana ture
@leeman26
@leeman26 11 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@MuhammadMuhammad-ry6zu
@MuhammadMuhammad-ry6zu Жыл бұрын
Nufi jiradhuu sanyii koo jabadhaa mo ❤💚🥺💝❤
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Bayye galatooma 🙏🏽
@seenabekele7399
@seenabekele7399 Жыл бұрын
Woww filmi afaan oromo akkas bareduu arguu caala maaltuu namaa gammachisa Ayuu bareduu 💯💟
@Beckyinfo
@Beckyinfo Жыл бұрын
sabscribe naf godhi keshty
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please seena
@sadikabdela8582
@sadikabdela8582 Жыл бұрын
Jabaadhaa qaxaleewwan oromoo isin faana jirra waa maraan!!!🌷🌷🌷
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@maymoonasaad251
@maymoonasaad251 Жыл бұрын
Baayee namati toolaa jabadha 😍😍😍
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@Besuye
@Besuye Жыл бұрын
Nice Baayyee Gaariidha Add pls..
@Besuye
@Besuye Жыл бұрын
Pls maatii nuuf ta'aa🙏
@milkit2922
@milkit2922 Жыл бұрын
Filmii gaarii hojjattan. Jabaadhaa👏
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@moneyid
@moneyid Жыл бұрын
Osoo misxira baasuu baattanii,paartii lamaa fi sanii ol gootanii isiniifiis baayyee fayyada. Diraamaan dafee xumuramuunuus gaariidha. Baayyee namatti tola
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@muntemun251
@muntemun251 Жыл бұрын
ayu hace xiqo cheree bayeeeeeen issin jalladhaa hundaa keessanu🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@astermuluna1599
@astermuluna1599 Жыл бұрын
Edu baredaa ❤❤
@Beckyinfo
@Beckyinfo Жыл бұрын
sabscribe naf godhi keshty
@Dirreefaarfannaa
@Dirreefaarfannaa Жыл бұрын
Wow amazing bayee namatti tollaa jabadha jajjabee koo!!!!❤️💚❤️
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@darartuutaddasaa4292
@darartuutaddasaa4292 Жыл бұрын
Issinni hundaa nama akkaanii jaladhuu🥰🥰🥰🙏 maamilaa harawaa mana kanafii ❤🌳❤😍
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please darartuu
@gabayatube
@gabayatube Жыл бұрын
diraama ajaa'ibaati baay'e namatti tola jabaadha ijoolle keenya dhugaa ani yeroo sadii ol dedeebi'e ilaala ture
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
GalAtoom
@Golaoromoo3
@Golaoromoo3 Жыл бұрын
Maatii naaf tahi lammii koo wal haa jabeessinuu
@seadomearyoutube1919
@seadomearyoutube1919 Жыл бұрын
Isin jabeffanna Afaan Oromoo qulquullu akka dubbattan feena Kan makaa hin qabne isiin garuu itti maktaan Fkn kan akka jecha maanno jedhu Faa itti maktan
@Beckyinfo
@Beckyinfo Жыл бұрын
sabscribe naf godhi keshty
@YOOM_Tube
@YOOM_Tube Жыл бұрын
Wow bayyee barreda jabadha
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@oromiyabaalli4958
@oromiyabaalli4958 Жыл бұрын
filmiin Afaan oromoo yeroo ammaa gaariirra jira nuuf jabaadha
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@oromiyaahmad9428
@oromiyaahmad9428 Жыл бұрын
wowwwww baye namati tola jabadha itifufa oromotiya isini jalana❤❤❤❤❤
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@yerosan6054
@yerosan6054 Жыл бұрын
Woowow namatii tolaa jabadhaaa
@Beckyinfo
@Beckyinfo Жыл бұрын
sabscribe naf godhi keshty
@jituutamiraat8250
@jituutamiraat8250 Жыл бұрын
Uuufe gubaacha oleen dhuma irraati gammade❤❤❤
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@amartimulugeta9411
@amartimulugeta9411 Жыл бұрын
Bayyee namaati tola barumsa guddaas qaba galatoomaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤎🖤🖤🖤🤍🤍🤍♥️💙💙😍😍😍😍💜🙏💙
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@dhugaashow9530
@dhugaashow9530 Жыл бұрын
Amma Kiyyaan waamnaan deeme homaa badaa hin dubbanne,
@Beckyinfo
@Beckyinfo Жыл бұрын
sabscribe naf godhi keshty
@hffd3526
@hffd3526 Жыл бұрын
Jabaadha rabbiin isini Wallin hajirattuu ♥️❤️💐💯🌷
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please Hf
@sorrtiadam6385
@sorrtiadam6385 Жыл бұрын
Hedu namati tolla jabadha barumsa namafi taha wani hojatan 👌👍👍👍
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@dababultosawakjira7387
@dababultosawakjira7387 Жыл бұрын
Oooo ajaa'ibaa waan baayyee nama gammaachiisu dhugaa jabaadhaa obboloota.
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@robeadamu2197
@robeadamu2197 Жыл бұрын
Wawooo jabaadha artiin keenyaa gudaacha jiraa!!!
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@beyeneetamagn6252
@beyeneetamagn6252 Жыл бұрын
Kkkkk Ayii Ayyuu alholi dhugdeee machofte kaa
@jaarraabirhaanuu1915
@jaarraabirhaanuu1915 Жыл бұрын
Fiilmin keessan baayyee nama hawwata. Script isaa taanan,Taaton isaalle adda! garuu osoo kutaa kutaan itti fuftanii daran uummata bal'aatti tola jedheen yaada. ammaaf jabaadha akkanumatti itti fufaa! "LEEMMAN ENTERTAINMENT KAN KEENYA"🥰😍
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please jaarraa
@user-dm5pm4lb4y
@user-dm5pm4lb4y 2 ай бұрын
Wow bayee namatii tolaa jabadhaa❤❤❤
@Meerii_Didhaa
@Meerii_Didhaa Жыл бұрын
Production keessan quality baredaa qabaa akka yaadati history keessan dadhabaadha script irrati ossoo irrati hojatani baredaa ta’a jabaadhaa
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@mamefadis3501
@mamefadis3501 Жыл бұрын
Heddu bareeda💝
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@bonatimes6277
@bonatimes6277 Жыл бұрын
Please addaan hin kutina abdii kutattanii
@digodiriba6013
@digodiriba6013 Жыл бұрын
Woow bayyee namati tolaa oro koo jabadha❤❤❤❤
@biliseetube2622
@biliseetube2622 Жыл бұрын
Mati naafi tayyii please digo
@qilleensaaoromiyaa874
@qilleensaaoromiyaa874 Жыл бұрын
Jabaadha waan ajaa'iba hojjettanii❤
@Beckyinfo
@Beckyinfo Жыл бұрын
sabscribe naf godhi keshty
@rabiya2rabiye234
@rabiya2rabiye234 Жыл бұрын
Heduu nattii tolee dhumarratti jabadhaa
@sifaanorotube9416
@sifaanorotube9416 Жыл бұрын
Itiii fufaa akaa dirmaa kiyotifii hiretiii
@tescomibiles6275
@tescomibiles6275 Жыл бұрын
Wowwww heeduutaaka namatii toolaa jabadhaa ilamaan oramoo
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@hawwiiintalaatawayidootube9335
@hawwiiintalaatawayidootube9335 Жыл бұрын
wwwwww hedduu namati tolaa jajabadhaa Qaroowwaankenyaa😍😍
@Beckyinfo
@Beckyinfo Жыл бұрын
sabscribe naf godhi keshty
@MudasirMufti-di3dz
@MudasirMufti-di3dz 11 ай бұрын
www bayyee namatiif tola nuf jabadha artii keenna guddisa jirtu!!
@leeman26
@leeman26 11 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@helleen4304
@helleen4304 Жыл бұрын
Uufff Dhugaa Wal lolanii hafun se,em
@Beckyinfo
@Beckyinfo Жыл бұрын
sabscribe naf godhi keshty
@muredaadam4288
@muredaadam4288 Жыл бұрын
Yaa rabbi waraa jalalaa dhugaa qabu gargar hin basiin 😭😭😭😭😭😭😭😭
@muslimkemal7814
@muslimkemal7814 Жыл бұрын
1
@lightindarkness9914
@lightindarkness9914 Жыл бұрын
ishii jechaa jedhuu dhiisaatti tolee qofa faayadama hadaraa keessan warrii film hojeetan hojiin keessan boonsaadha
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@iskandarkadar2780
@iskandarkadar2780 Жыл бұрын
Wow hace koo
@user-ij5sx7ci1p
@user-ij5sx7ci1p Жыл бұрын
Jabaadhaa waan gaarii hojjattani. Qubee irratti of eeggannoo godhaa. Dabalata immoo xumura irratti dhiifamni mucayyoof godhame saffisaan waan ta'eef kan irraa barattu natti fakkaattu.
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Tolle Galatooma 🙏🏽
@abush5040
@abush5040 Жыл бұрын
jabaadhaa warraa keenyaa😍👌
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma
@Golaoromoo3
@Golaoromoo3 Жыл бұрын
Maatii naaf tahi lammii koo wal haa jabeessinuu
@jibrilesmael950
@jibrilesmael950 Жыл бұрын
Jabaadha kana caalaa foyyessuf yaala
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@user-rabboo22.
@user-rabboo22. 5 ай бұрын
Woowu Baay'ee Kan Nama ajaa'ibuu💓💓
@leeman26
@leeman26 5 ай бұрын
Galatooma 🙏🏽
@helenguddataa1516
@helenguddataa1516 Жыл бұрын
🙏🙏🙏🙏🙏🙏wowowo dhugaa namatii tolaa jabadhaa 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@farahakagg2038
@farahakagg2038 Жыл бұрын
Wowowo
@temema855
@temema855 Жыл бұрын
Jabdhaa qomoo koo😍😍😍😍😍😍😍
@Beckyinfo
@Beckyinfo Жыл бұрын
sabscribe naf godhi keshty
@miracleinfo11
@miracleinfo11 Жыл бұрын
was waw ✅
@abdikush6923
@abdikush6923 Жыл бұрын
shuubaas utuu itti nuuf dabaltanii Group ajaa'ibaa ta'a jedheen yaada ... jabaadha!
@leeman26
@leeman26 Жыл бұрын
Galatooma 🙏🏽
@Sara-ge7qh
@Sara-ge7qh Жыл бұрын
Saaqaxee yakamtuu wayyii Bifaa dhabii Gidiraan gutamtuu 🤪
@MuhammadMuhammad-ry6zu
@MuhammadMuhammad-ry6zu Жыл бұрын
Enyuu Arbsitaa??🤣😂😂🙄🤣😂😂😂😂😂😂🤔🤔🤔
Clowns abuse children#Short #Officer Rabbit #angel
00:51
兔子警官
Рет қаралды 15 МЛН
Did you believe it was real? #tiktok
00:25
Анастасия Тарасова
Рет қаралды 54 МЛН
Вечный ДВИГАТЕЛЬ!⚙️ #shorts
00:27
Гараж 54
Рет қаралды 14 МЛН
ታኩር ምን ሆና ነው
9:03
Faya tube ፋያ
Рет қаралды 1,3 М.
Rache Tesfaye Fi Kenani Adugnaya
20:34
Leemman Entertainment
Рет қаралды 69 М.
Yemeabel Wanategnoch - S01E01 - Part 1 - የማዕበል ዋናተኞች ክፍል 1
36:55
የማዕበል ዋናተኞች
Рет қаралды 2,2 МЛН
Gaadii Hiree|Full Afaan Oromoo Movie 2021
1:32:54
Monet Media
Рет қаралды 715 М.
Amerikaan keessaa Hin qabdu-Buzee fi Takkee new 2022
11:24
BUZEX BOHARSA
Рет қаралды 432 М.
ko'eettii  Afaan Oromo Short film with English Subtitle.
29:26
FAYYISAA ENTERTAINMENT
Рет қаралды 54 М.
Поймал редкий кадр🤨
0:22
FERMACHI
Рет қаралды 4,7 МЛН
ЧТО НАМ ПОПАЛОСЬ?😜😜😜
0:12
Chapitosiki
Рет қаралды 1,3 МЛН
القطة الشجاعة 😭😭🐱 #shorts
0:30
7amoda Gaming
Рет қаралды 28 МЛН
How Many Balloons Does It Take To Fly?
0:18
MrBeast
Рет қаралды 76 МЛН