namni keenya ol guddisuu irratti keessumaa toora miidiyaa kana irratti dadhabina cimaatu jira ijoollee akka kanaa ol guddifachuu dandahuudha qabna KZfaq isaallee ol kaasuufiin dirqama nama keenyaati kana hubachuu qabna hamilee yoo taaneef siichi baha mucaan kun jabaadhu qacalee dhiiraa!