Maaloo Ijoolleen Biyya Arabaa Of Eeggadhaa Adaraa

  Рет қаралды 19,718

Sambe Tube  ሰንበት ትምህርት ቤቴ

Sambe Tube ሰንበት ትምህርት ቤቴ

2 жыл бұрын

Пікірлер: 338
@xaayitudirribaa7209
@xaayitudirribaa7209 2 жыл бұрын
Waqayyo gooftaa sagalle jirreenya ssii haa dhagesisuu bara tajajilaa kee siifi haa dherressu dhaltu motummaa issa haa taassisu Ebifami obbolessa koo dachaa dachaa, ⛪⛪⛪👏👏👏
@dinketube3665
@dinketube3665 2 жыл бұрын
Waqayyo sagale jirenya siha dhageessisu obboleessa keenya jabadhu waqayyo siwalin haa ta'u akkasumas yaada garii nuuf laate ebbifamii 💯💯✅
@RrAk-jd2zl
@RrAk-jd2zl Күн бұрын
Ameen Ameen Ameen Waqayyoo sagalee jirenyaa sii dhaggechisuu dhugumattii ebbiiffaamio❤❤❤❤
@raheel368
@raheel368 2 жыл бұрын
Waqayyo nuha egu male nuuti ofi egne hin dandenyu rakkina kenya imimma nuti guyyati bo, a olu kan nuuf bekuu waqaa qofa 😭😭😭
@mabretube8640
@mabretube8640 2 жыл бұрын
Dhugaaa jeete obbolesa keenyaa sifjiraa nuti ijolen dubre marami .ebbifami sagale jirenyaa sihadhagesisu nuwalinu .motumaa waqayo nuhadhalchisu Ammen ebifami🙏⛪🙏
@sifaanoromiyaa5925
@sifaanoromiyaa5925 2 жыл бұрын
Amen 🙏 ebifamaa uuuffffeeee yarabiiiiiii yadaakee nuti debisii maloo ati nu egiiii
@aberashangushu2017
@aberashangushu2017 Жыл бұрын
Amen Amen Amen Amen Amen Amen waaqayyoo Isin haa Eebbisu sagalee jirenyaa waaqayyoo lubbuu eshe haa maruu
@mabretube8640
@mabretube8640 2 жыл бұрын
Beerut keessati kadhanaa qofaatu barbachisa .fi silatii godhaa .ani akkatan beruti gaale .hadhaako fi abban koo mariyam.fi mikaelatu nagargare ..guyyaan mikaelaa anaf guyyaa addati guyyaa lubbunko nabararamte 😭🙏⛪🙏 kadhana godha berut keesati garuu galen jira amma
@branigjima9810
@branigjima9810 Жыл бұрын
AmenAmen Amen waqayoo lubuu ishe mirgaa qulqulotaa haa dhabuu jajabadhuu Ebbifamaa waqayo sagale dhuma fi jijirama hin qabne sin haa dhagesisu bara tajajilumaa kesan isinif haa dhersuu mana isaa keesatii sin haa qusatuu
@egzabehreranyenew8650
@egzabehreranyenew8650 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen 🤲 siredhaa tasigaben barbachisadhaa waqqayoo lubbuu obbolleti ❤❤❤kenyaa haa marruu😭😭
@user-ff4jo7ir1c
@user-ff4jo7ir1c 4 ай бұрын
Waaqayyoo sagalee jirenyaa si haa dhagesisu dhaltu motummaa isaa si haa tasisu obboleessa kenyaa Waaqayyoo si haa gargaru ebbifamii
@almazitasafaye3392
@almazitasafaye3392 2 жыл бұрын
Amen amen amen sagalee jirenya siyaa dhagechasuu waqayonii obelesaa kenyaa
@waaqaayyooadbiikoo1603
@waaqaayyooadbiikoo1603 2 жыл бұрын
Waaqaayyoo sagalee jireenhaa isini haa dhageesisuu baraa jaajajilaa keesanii isinifii haa dheresuu basisaa keenhaa waaqaayyoo isinifii haa gargruu👏👏👏👏
@hadhaakoomaariyam3090
@hadhaakoomaariyam3090 2 жыл бұрын
Waqayyoo lubbu ishee haa maruu mirgaa qulqullotaa ishee haa dhabuu Amen Amen Amen
@naabarsifadhuudurbeemaariy3910
@naabarsifadhuudurbeemaariy3910 2 жыл бұрын
Uuuuufffiii waqayyoo lubbuu ishii haa maruu mirgaa qulqulloota ishii haa dhabuu 😭😭😭😭😭😭 Uuuuufffiii yaa jiruu biyyaa ormaa Waqayyoo Goftaan sagaale jirenyaa sii haa dhaggechisuu ebifamaa
@user-ez9id6ng6x
@user-ez9id6ng6x 4 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen obboleesa keenya waaqayyo sagalee jireenya sii haa dhagessisu🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@muhamedshafi4052
@muhamedshafi4052 Жыл бұрын
Amen.amen amen Waqayoo ishi yaa maruu kodee tenyaa Hati tenya dubre mareyami ishi yaa maruu Uuuuuuuuuuufff maloo kodee tenyaa hundumaa kenyaa nuu gadisiste matii kee qofa oso hin tanee
@asma.katamaa2654
@asma.katamaa2654 2 жыл бұрын
Ameen ameen ameen ameen ebifama ebifamaa basisotaa keenyaaa waqayyoo gooftaa salgee jiryeen sii yaa dhageesuuu ebifamaaa ebifaamaaa nufii jiraaadha umuriii dheeraaa and
@user-lj4ny4mg7h
@user-lj4ny4mg7h 5 ай бұрын
Waqayoo mirgaa qulqulootaa eshii haa dhabuu😭😭😭😭😭😭😭 Sagalee jireenyaa sii haa dhageesisuu Obboolesaa keenyaa
@hamadhamad3781
@hamadhamad3781 2 жыл бұрын
Ameeen Ameeen ameeen Ameeen obolleeti taanyaa waqayoo lubushi yaa marru gorrsaa ketifi saagalee waqayoo sadhagechusu oboleesaa keenyaa BAGAA waqayoo si garare Ameeen 🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️
@Dubai-vx1sy
@Dubai-vx1sy Жыл бұрын
Amee amee barisaa kenyaa dhugaa jetee dhugumaa waqayyoo sagalee jirenyaa si dhagasuu nufii jiradhuu ebifamii
@bsjsjgsgjs3019
@bsjsjgsgjs3019 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen waqayyo nu haa gargaru obbolete keenya lubbu ishii yaa maaru nuti of egane hin daadeenyu waqaayyo nu faanna yaa ta,u Aabdii keenya isaa
@maritubirruu7510
@maritubirruu7510 2 жыл бұрын
ቃል ህውትን ያሰማለን ዋንድማችን Suta jennee yoo hojjannes mal hojjatta sati hammana hojji hn finne mali silkirra ta.artaa jechun jira obolesakoo sidetin waa bayye agarsisa gorsaa ketin bayye galatefannaa jabadhuu atis hunduma waqayoo nuu haa eguu
@samrisamri5444
@samrisamri5444 2 жыл бұрын
Waqayoo sagalee jirenyaa bara bara siha dhagechisu barsisaa kenyaa Ameen Ameen Ameen
@jubarakhutun8636
@jubarakhutun8636 2 жыл бұрын
Ameen ameen ameen waqayoo Sabaa isaa Kan matii isanii biraa nagaan bahaan nagaa akkan itii debinuu abdii qabnaa yaa waqayoo atii nuu egii Akka kenyaa laltee baketii nuu hin gatii adaraa
@senaagaruma9110
@senaagaruma9110 2 жыл бұрын
Ameen ameen ameen waqayoo sagalee jirenya isiin hadhagesisuu tajajilaa umurii kesanii hadheresuu manaa isaa kesatii isiin haqusatuu ebifamaa galatomaa
@tsehytsehy4824
@tsehytsehy4824 2 жыл бұрын
Uuuufffff waaqayyoon motummasatti nuuf h yaadatu lubbu ishe kan ganata nuuf ha godhu 😭😭😭😭😭
@manarkalba3866
@manarkalba3866 2 жыл бұрын
ameen ameen ameen waqayyo sagalee jirenyaa sii haa dhagesisu bara tajajilaa kee siif yaa dheeressu
@maariyaamhadhakoo5161
@maariyaamhadhakoo5161 2 жыл бұрын
Lubbuu ishii yaa maruu mali godhuu garuu 😭 😭 😭 😭 😭 Tolee obboleessa keenya Waqayyoo goftan sagalee jirenyaa isinni haa dhagesisuu Ebifami yeroo kee arsaa gotee
@alamiiyoomiilataguyyaanboq8784
@alamiiyoomiilataguyyaanboq8784 2 жыл бұрын
Ameen (3) ebbiifami obboollee koo nuuf jiraadhu waqaayyoo sagaalle jireenyaa sii yaa dhageessisu ijoollee Beirut keessaa jirtan anumaa waliin waqaayyoo isiinyaa tiksuu 🙏💔⛪😭😭😭
@kennaa.Tawahidoo
@kennaa.Tawahidoo 2 жыл бұрын
Waqayyoon lubbuu.ishee.haa maruu.obbolletii.kenyaa😭😭waqayyoon sagalee jirenyaa.isiin.haa.dhagesisuu obbolleesa.kenyaa.Guddaa.Galtoommi.ebbifammi🙏🙏🙏
@ratnakumar6599
@ratnakumar6599 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeen Ebbifamii obolesaa keenya gooftaan barafi jireenyaa keessan yaa Ebbifamu
@aqabamobile
@aqabamobile 2 ай бұрын
Ameen amee amen ameen Ebfamaa barsisa kenyaa waqayoo sini yaa Ebisuu 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@wwalataa.maariyyamii8362
@wwalataa.maariyyamii8362 2 жыл бұрын
Ameen.Ameen.Ameen.Barasisaa.kenyaa.Waqaayyoo.Gooftaan.Sagalee.jirenyaa.isin.Yaa.Dhagechisuu.Dhugaa.Gooftaan.isin.yaa.Gagaruu.Jabadhaa.Bayyyyeee.Dassii.Namaa.Jedhaa.Dhugaa.
@mariyemtawido.walasamayyii8839
@mariyemtawido.walasamayyii8839 2 жыл бұрын
Tolee ni dhageffaannaa obboolessaa Kenya waqayyoo sagalee jirenyaa sii haa dhagechisuu
@sisaay631
@sisaay631 2 жыл бұрын
Ameen(3)waqayyoo bara jireenya kee sif yaa Eebbisuu ergaa gaarii nuf dabarsiite ,waqayyoo wajjiin nuu birraa hin fagaati jedheen maqaa waqayyoo si ganaadha.🙏🙏🙏🙏🙏💓💓
@meserettameru1663
@meserettameru1663 2 жыл бұрын
አሜን
@aynalemfeyeabebe1182
@aynalemfeyeabebe1182 2 жыл бұрын
Ammeen Ammeen Ammeen waqayyoo lubbuu ishii mirgaa qulqullootaa yaa dhabuu
@waaqayyootikseekooti9064
@waaqayyootikseekooti9064 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen obboleesa keenya waaqayyoon Ebba isaa sif haa baayisuu kana Caalati hiciti isa sif haa ibsuu
@VsvaVzvsbs-yf4kz
@VsvaVzvsbs-yf4kz Жыл бұрын
Dhugaadha waqaayyon nu haa yaadatu Ameen 🤲🤲😭😭😭
@mestawutketema6358
@mestawutketema6358 2 жыл бұрын
Àmeen Àmeen Àmeen waqayyo lubbu ishe yaa maru uuuuuuuuf 😭😭😭😭😭 bayye Nama gadisa galatomi barsisa kenya
@burteemuchatuwhaido1148
@burteemuchatuwhaido1148 2 жыл бұрын
Waqayyoo goftaan sagalee jireenyaa sii yaa dhageesisuu koodee keenyaa eebbifamii Ameen Ameen Ameen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@Ayinalem-dq7xt
@Ayinalem-dq7xt Жыл бұрын
Waqqayo waan yaade hundaa sif haa milkeesuu ebbifamii waqqayo si haa ebbisuu ebbaa keetif Amiin Amiin ❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏⛪⛪⛪⛪
@denkaa642
@denkaa642 2 жыл бұрын
Amanee amanee amanee amanee amanee amanee amanee amanee ebifamii ebifamii waqayoo sii yaa ebisuu obolesaa kenyaa waqayoo is yaa ebisuu 😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@tonizada972
@tonizada972 2 жыл бұрын
AMEEN AMEEN AMEEN Obolleessa keenya ebifaami Oboloota keeyaa waqaayoo nuuf yaadatu
@jituukumera7596
@jituukumera7596 2 жыл бұрын
Sagalee jirenya sii haa dhagesisuu bara jirenyaa kee haa ebbisu obboleesa keenyaa
@kkoromiyaakk8114
@kkoromiyaakk8114 Жыл бұрын
Dhugaadha waa,yee biyyaa hormaa waan undaa namaa barsisaa
@meemimeemi4935
@meemimeemi4935 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen waqayyoo sagalee jirenyaa sii yaa dhagesissuu bara tajajjila kee sif yaa dhersuu ebifamaa dhugaa jetee biyyaa ormatii bayyoni akati dhumaa jiru waqayyoo dhumaa kenyaa yaa barechuu obolleti tenyaa waqayyoo lubbuu ishee yaa maruu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭⛪🙏🙏💖💖💖💖💖
@feeneetintalatuulamaa795
@feeneetintalatuulamaa795 2 жыл бұрын
Waaqayyoo sa eebbisu obboleessa keenya sagalee jireenyaa sa dhageessisu. Kadhannaa keessaniin nu yaadadhaa adaraa
@zediasefa6967
@zediasefa6967 2 жыл бұрын
Nama Wan garii yaaduf waqqayyoos nigargara barsisa Baga sigargaree siwajjin hata, uu🙏🙏🙏
@bontuutubee4189
@bontuutubee4189 2 жыл бұрын
Dhugaa dha barsisaa keenyaa kadhanumaa keesaniin nuu yadadha keesatuu nutii ijoolee bertii jiruu gada malee gamachuu dhagenyee hin benuu obolaa keenyaa meqaa astii dhamnee
@chaltuayana3434
@chaltuayana3434 2 жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen Eebbifamii Baraa tajajilaa kee waqqayyoo siinifaa dheereessuu🙏🙏🙏🤲🤲🤲
@jubarakhutun8636
@jubarakhutun8636 2 жыл бұрын
Dhugumatii waqayoo goftaan sagalee jirenyaa bar baraa sii yaa dhasisuu ebifamii waqayoo goftaan lubbuu ishee waqayoo mirgaa qulqulotaa nuuf yaa dhabuu
@warqineshyoutube1552
@warqineshyoutube1552 2 жыл бұрын
Ameen ameen ameen barsisaa waqayoo sagalee jireenyaa isin yaa dhageesisu ebifamaa
@zediasefa6967
@zediasefa6967 2 жыл бұрын
Dhuguuma dhuugumati waqqayyoo sagalee jirenya sihadhagesisu barsisaa kenyaa ebifami hundu akka fedha waqqayyooti hundu akka gorsa kee nuuf hata, uu
@chaltuulegesa7136
@chaltuulegesa7136 2 жыл бұрын
Waqayoo sagalee jirenya sii haa dhagesuu ebbifamii obbolesa keenyaa
@adanechitsaggayee9838
@adanechitsaggayee9838 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen waqqayyo sagalee jirenyaa isin yaa dhageesisuu ijoolee orthodox tewahedo 💚 💛 ❤️ 🙏 🙏 🙏 dhugaa bayee namaa Gadisaa dhugaa waqqayyo lubbuu ishi yaa maruu 😭 😭 😭 😭 Uuuuufffi waqqayyo luubbu ishiyaa maruu. Bayee ulfataa jirenyi biyaa Hormaa
@seenaamuccaatawahido8513
@seenaamuccaatawahido8513 2 жыл бұрын
Dhugumaa dhugumati obollessaa kenyaa waqayyo sagalee jirenyaa sii haa dhagesisuu baraa tajajilaa kee siif haa dheresuu Waqayyoo hawwii Kee galmaan siif haa gahuu Obollotaa koo biyyaa ormaa jiruu Waqayyoo nuu haa tiksuu kan nagaan nuu basee nagaan biyyaa kenyaa tii nuu haa galchuu🤲🤲🤲😥😥😥😥 Oboletii kenyaa waqayyo lubbuu ishee mirgaa qulqullotaa Nuuf haa dhabuu 🤲😭😭😭😭😭
@Amarj-ye3cv
@Amarj-ye3cv 2 жыл бұрын
waqayyoo goftaa sii haa Ebisuu kodee kenyaa dhugaa ketii waqayyoo nuu haa eguu nutii ofii in eganee eshii ebifamii
@romanabebe2337
@romanabebe2337 2 жыл бұрын
Obbolessaa keenya waaqayoo sii haa ebbisuu 💒💐💐
@bbgabesa9665
@bbgabesa9665 Жыл бұрын
Dhugamati waqayoo sagalee jirenya Siya dhagesisuu kodee barumsa gaarii nuf dabarsite waqayoo goftani nuwalin yatuu.uu
@urgogetuu194
@urgogetuu194 2 жыл бұрын
Dhugadhaa obolesaa kenyaa gorsaa kesaanif siritti isin galatefadhaa Tolee anis berutin jiraa waqayyoo nu haa eguu amen natiyee kenaa tewahedoo waqayyoo goftaan sagalee jirenyaa sihadhagesisu ebifamaa🙏🙏🙏🙏
@lovelyeye360
@lovelyeye360 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuffffffff yaa waqayyo umma keenyaa maloo maloo nuu yadadhuu🤲🤲🙌🙌🙌😭😭😭😭😭😭
@warqineshtobara2547
@warqineshtobara2547 2 жыл бұрын
Waqqayyoo saa gargaruu Barsiisaa keenyaa ameen
@tigestdamisse5292
@tigestdamisse5292 2 жыл бұрын
Jabadhuu waqayyoo sii haa garagaruu obboleessaa keenyaa
@walatmikaaeel6211
@walatmikaaeel6211 2 жыл бұрын
Waaqayyo sagalee ergamoota sin haa dhagesisuu barsisa uuuffff uuuffff namisii eeshe haa maruu😭😭😭😭😭😭😭
@raheel368
@raheel368 2 жыл бұрын
አሜን ❤
@caaltuutube4360
@caaltuutube4360 2 жыл бұрын
Dhugaa keetii jetee ebbiffammii oboleessaa keenyaa 😭😭😭😭😭
@shalamamulo5336
@shalamamulo5336 2 жыл бұрын
Waqayoo sifana yatu obolesa kenya wajiru sibirati dhabana jabadhu
@senaabach6204
@senaabach6204 2 жыл бұрын
Jabadhu waaqayoo si ha jabeesuu
@leme22mare99
@leme22mare99 2 жыл бұрын
Waqayyo goftaan lubbu ishee yaa maruu mirgaa qulqullotaa isaa nuuf yaa dhabuu tollee barsiisi kenyaa ebbifamma Wantaa yaddani hudumma waqayoo goftaan isiin yaa milkessu jabadhaa
@abershi5171
@abershi5171 Жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen waqqayyoo sagalee jireenya sii dhagesiisuu
@asterjak926
@asterjak926 2 жыл бұрын
Uuufff 😭maaloo waqaayoo lubbu ishee yaa maraaru baay’ee nama gaddisa Mirgaa qulqulloota yaa kawaatu matii fi firootani isiniif jajabina yaa kennu
@gexishuugadafawaqayooabdik4143
@gexishuugadafawaqayooabdik4143 Жыл бұрын
አሜን አሜን አሜን 🙏🙏🙏🙏⛪️🥰🥰🥰🥰🥰
@alamsuidi2279
@alamsuidi2279 2 жыл бұрын
Waqayoo sagalee jirenyaa sadhagesisuu bara jirenyaa kee adheresuu agaa bara baraa Ameen Ameen Ameen 🤲🤲🤲❤❤❤💒💒💒🙏🙏🙏😭😭😭
@mesitb5667
@mesitb5667 2 жыл бұрын
Waaqayyo lubbuu ishee yaa maaru barsiisaa keenya nuuf jiraadhu
@messymisou8992
@messymisou8992 2 жыл бұрын
Tolee barsisa kenyaa waqyoo goftan saglee jirenyaa si yaa dhagesisu obleti kenyaa waqyoo mirgaa qulqulota yaa dhabuu ⛪🕊️
@addisfikadu9698
@addisfikadu9698 2 жыл бұрын
Ebbifaamii waqaayyoon sii haa ebbisuu obboleessa kenyaa dhugaa keeti jetee
@mestaotm7031
@mestaotm7031 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen waqayoo nuhaa Eguu
@maryammimo8737
@maryammimo8737 2 жыл бұрын
Ebifami kodiye Kenya waqayoo sagale jirenya si haa dhagesisu
@adanechgetache2931
@adanechgetache2931 2 жыл бұрын
Waqayo lubbuu ishii yaa maruu ebifamii 😭😭👏👏👏
@anasanyiihaceesanyiinadhii3781
@anasanyiihaceesanyiinadhii3781 2 жыл бұрын
Uuufffeee yaa jiru biyaa oromaa waaqayyoo lubbu ishee yaamaarruu nu warra hafee nagaan maatii keenyatii nu galchuuuu
@dasitaedecha4170
@dasitaedecha4170 2 жыл бұрын
Ameen waqayyoo sagaalee jireenyaa sii haa dhageesisuu waqayyoo lubbuu ishii haa maruu 💒🤲🙏😢😢
@buzetarkeny
@buzetarkeny Жыл бұрын
Ammeen, ammnee 🙏🤲
@zinuyeshawalij4561
@zinuyeshawalij4561 2 жыл бұрын
Jabadhuu waaqayyoo siif haa milkeesuu kodee
@asdfghjk8813
@asdfghjk8813 2 жыл бұрын
Tollee Waqayyoo sagalee jirenyaa sadhagechisuu⛪ 🙇‍♀️🙇‍♀️🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@bashadu1694
@bashadu1694 2 жыл бұрын
Waqayoo sagale jirenya sii haa dhagechisu dhaltu motua Isa sii haa tasisu
@hayekcell7345
@hayekcell7345 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭waaqqayyoo Lubbuu ishee hamaruu
@warqineshtobara2547
@warqineshtobara2547 2 жыл бұрын
Dhugaakeetii Barsiisaa keenyaa waqqayyoo sagaanee jireenyaa saa dhageesiisuu
@mabretube8640
@mabretube8640 2 жыл бұрын
Waqqayoo namse hamaru .kodekeenyaa malagona bay.ee gaddine .ijole biyyaa araba jiru waqqayo abban kenyaa haati keenyaa egumsa ishetin nubiraa hadhabatu .waqayoo gaddidusa nuraa balise nuhaeguu .iddo demnu nyannu dhugnu iddo kamitu waqayo nubira hindhabamin .gargarsa waqayotin egumsa waqqayotin egamne nagan biyya kenyati akka galuf kadhanan nubira dhabadha maati waqayoo🙏🙏🙏🙏⛪⛪⛪⛪🙏🙏🙏🙏😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@aberurobele6512
@aberurobele6512 2 жыл бұрын
Uuuuuuufffff waaqayyoo nuu wajjin haata'uu malee nuti ofii Enee hin dandeenyuu waaqayyoo sagalee jireenya sihaa dhagechisuu Ebifami💟💟💟🙏🙏🙏
@obsukotube5252
@obsukotube5252 2 жыл бұрын
Uuuuuffee waqaayyoo Lubbu ishee nu haa Maru waqaayyoo nu haa egu Hundummaa keenyaa
@gittadero1503
@gittadero1503 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuffffffff waqayyoo goftaanii Lubbuu ishee haa maruu 😭
@fanosworku6334
@fanosworku6334 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuf yaa Waqayoo Atii lubbuu ishee nuuf marii dhugumatii bayee nama gadisisa maloo😭😭😭😭😭 Ebbifami Obbolesa kenyaa Waqayoo goftan sagalee jirenyaa siyaa dhagesisuu Ameen 🙏
@tonizada972
@tonizada972 2 жыл бұрын
Waqaayoo sii haa gargaaru bakka yaade nuuf gahi Oboloota keeya kan nu birraa boqaatan waqaayoo namse haa maruu.
@guddattu7687
@guddattu7687 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen waqayoo sagalee jirenyaa isiin ha dhagesisu Ebifamaa 🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻🙏🏻👏👏👏👏👏👏 waqayoo lubbuu ishii ha maruu 😭😭😭😭😭
@mariyaamhadhaakooyotub3516
@mariyaamhadhaakooyotub3516 2 жыл бұрын
Tollee nii dhageefanaa waqayyoo sagalee jireenyaa siyyaa haa dhagesisuu waqayyoo nuu haa egguu malee isiinis kadhanaa keessanin nuu biraa dhabadhaa😭😭😭😭
@farfatuusinqee7346
@farfatuusinqee7346 Жыл бұрын
Dhugaa jete saagaleni isaa human kenyaa isumani jira ebifaami obbolesa Koo
@adanechitsaggayee9838
@adanechitsaggayee9838 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen waqqayyo si, aa gargaruu sagalee jirenyaa isin yaa dhageesisuu
@abinatgetinet6415
@abinatgetinet6415 2 жыл бұрын
Ammeen.Ammeen.Ammeen
@samrawitsms7637
@samrawitsms7637 2 жыл бұрын
Waqayoo syaa gargaru
Abuuna Naatinaa'elii Fi Waldaa Duuka Bu'ootaa|Hikaa Raajii Maariyaam|#sambe_tube
16:10
Sambe Tube ሰንበት ትምህርት ቤቴ
Рет қаралды 200
እሙ ቀረፃ ጀርባ እንዴት ነበር  ለእናተ እሚደበቅ የለም..
9:56
Clown takes blame for missing candy 🍬🤣 #shorts
00:49
Yoeslan
Рет қаралды 46 МЛН
Best KFC Homemade For My Son #cooking #shorts
00:58
BANKII
Рет қаралды 69 МЛН
Как бесплатно замутить iphone 15 pro max
00:59
ЖЕЛЕЗНЫЙ КОРОЛЬ
Рет қаралды 8 МЛН
Tajaajiltoonni Ijoollee Biyya Arabaa Adamsitan Of Eegaa|Faarfannaa Tokkoof qarshii 21,000 Fudhate.
23:48
Sambe Tube ሰንበት ትምህርት ቤቴ
Рет қаралды 1,2 М.
Seenaa Bayyee Nama Gaddisiisu|Biyya kootti Sodaa Abbaa Kootiif Galuun Sodhaadhe|Nama Gaddisiisa
27:57
Sambe Tube ሰንበት ትምህርት ቤቴ
Рет қаралды 4 М.
Seenaa Obboleetti Keenya Biyya Arabaa Jirtuu 2ffaa Kutaa 1ffaa|Hubannoon Dhaggeeffachuun Baradhaa
23:43
Sambe Tube ሰንበት ትምህርት ቤቴ
Рет қаралды 9 М.
#shamarran biyya arabaa jirtan #hundi waan dhaga.uu qabdan
15:51
ጫሊ የወሊሶ ልጅ
Рет қаралды 2 М.
Gadda Koo Narra Kasee Waqnikoo|Harka Ormaattin Barree|Yeroo Gidira koo|Faaruu Afaan Oromoo ortodoksi
20:33
Yeroo Jaalalan Mudaannoo fi muxannoo
32:25
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 35 М.
Ergamoonni Waaqayyoo Nu Haraarsuu? Manni Kiristaanaa Keenya Maal Jetti|Deebii Shakkitootaaf #sambe
17:06
Sambe Tube ሰንበት ትምህርት ቤቴ
Рет қаралды 1,4 М.
Yeroo Jaalalaa fi muxannoo jiruu
37:36
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 85 М.
Clown takes blame for missing candy 🍬🤣 #shorts
00:49
Yoeslan
Рет қаралды 46 МЛН