Marroo Dhaamsa Hatattamaa Gaaffii fi Deebbii Jaal Marroo Dirribaa fi jaal Gammachuu Abbooyyee

  Рет қаралды 46,787

Gamtaa Media

Gamtaa Media

2 ай бұрын

Dhaamsa Hatattamaa Gaaffii fi Deebii Ajalaa Ol'aanaa ABO-WBO, Jaal Marroo fi Itti Aanaa Ajajaa Ol'aanaa ABO-WBO Jaal Gammachuu tolchan kun kan Oromoon hundi dhaga'uu qabuudha walii qoodaa
Addatti dhaamsiif waamichi isaan Oromoof tolchan Oromoo hunda bira ga'uu waan qabuuf namuu karaa danda'e qoqqoodee waliin haa ga'u

Пікірлер: 80
@habsaabdi1829
@habsaabdi1829 Ай бұрын
I love you wbo blilsummaa oromo waaghni kai kai in blilsummaan Ammaa kai kai yaa oromo people plesae Kai kai kai kai kai kai ❤❤❤❤
@Fuadumaar
@Fuadumaar Ай бұрын
Umrii dheradhuu jaal marro
@habsaabdi1829
@habsaabdi1829 Ай бұрын
Absher wbo blilsummaa oromo jabadhaa in blilsummaan yoo rabbii jeha inshallah wbo koo yaa rabbii yaa Allah gargare gootota oromo yaa rabbii yaa rabbii yaa Allah gargare gootota oromo
@derejegillo1334
@derejegillo1334 Ай бұрын
Araari dhuggaa fuudhachuudha. Dhuggaa malee araarri hin jiruu. Kanaf rakkooleen jiran bilissan xinxaluun bahuu qabaa. Kana malee araarri hin ta'uu. No reconciliation without truth . VIVA WBO!!!
@AbdallaaXahaa-mw5km
@AbdallaaXahaa-mw5km Ай бұрын
As wr wb akkami nagayyaa nuuf tahii Waggaa kumaa Caalaa nuuf jiraadhuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤goota caaluu
@Mubarak..Sanyii..Jaal..Marroo
@Mubarak..Sanyii..Jaal..Marroo Ай бұрын
Gootota Hafte Gootota Hayyoota Hafte Hayyoota oromoo waggaa Kuma Nuuf Jiraadha Yaa Gootota oromoo Hayyoota oromoo❤✅❤
@htg7447
@htg7447 Ай бұрын
Atilee horii bulii,kani kabajaabeku safuu oromo isaa bekudhaa ❤
@AtoomGudda
@AtoomGudda Ай бұрын
miseensi abo umataa oromoo saamuu fiajjesuu reebuu dhisinaan pp moo,achun hindhibu
@user-nb6jr2xd6v
@user-nb6jr2xd6v Ай бұрын
Dhugaa anii baay,een dinqisifadha maarroo
@olumaggoli1788
@olumaggoli1788 Ай бұрын
Dhugaadha hamma dhiiraa ilaalanii foon muru jedha oromoon duuti ilmasaa erga ida hin kakaasne maaf hin ajjeesanree dhugaa qabu jarri
@abditayansa2556
@abditayansa2556 Ай бұрын
Waaqayyoo abbaa dhugaaf dhugaa haa baasu. Garuu araarri kan Waaqayyootti
@Mulata-te5yx
@Mulata-te5yx Ай бұрын
Yes JLee Mario Dirbsa saying truth
@Mulata-te5yx
@Mulata-te5yx Ай бұрын
Yes Jalee maroo Deer saz saying Trourth
@habsaabdi1829
@habsaabdi1829 Ай бұрын
Yaa marroo koo jabadhaa in blilsummaan yoo rabbii jeha inshallah wbo blilsummaa oromo waaghni kai kai kai yaa oromo people plesae Kai kai kai in blilsummaan yoo Ammaa kai yaa rabbii Allah gargare oromo
@habsaabdi1829
@habsaabdi1829 Ай бұрын
Yaa rabbii yaa rabbii yaa Allah gargare gootota oromo wbo blilsummaa oromo waaghni kai kai in blilsummaan Ammaa kai kai wbo blilsummaa oromo yaa oromo kai kai kai kai Ammaa
@melkamuetafa5621
@melkamuetafa5621 Ай бұрын
NUUF JIRAADHAA HAMAAN ISIN HINARGIN. !
@user-nt6nd6fu5v
@user-nt6nd6fu5v Ай бұрын
Nuf jiraadha umrii dheeraa waqaayyoo bakka deemta hundaati isin wajjiin haa ta'uu
@AliNas-uq8li
@AliNas-uq8li Ай бұрын
Yes it's truth Jalee Maroo Dirbsaa and Jalee dandi saying truth
@user-dp7jt1kn6q
@user-dp7jt1kn6q Ай бұрын
Thank you
@AliNas-uq8li
@AliNas-uq8li Ай бұрын
Yes only Jalee maroo Dirbsaa ks good for all East coast Africa
@FiraolFeyisa-wq3ic
@FiraolFeyisa-wq3ic Ай бұрын
Baga nuuf jiraate jabaa koo ❤❤❤❤❤
@FiraolFeyisa-wq3ic
@FiraolFeyisa-wq3ic Ай бұрын
Baga nuuf jiraate jabaa koo ❤❤❤❤❤❤❤❤
@tejitugutema1394
@tejitugutema1394 Ай бұрын
❤❤❤
@joteabdeta905
@joteabdeta905 Ай бұрын
Jaallan keenya fayyaa tahaa mirgaan galaa!! Akka ta'utti waan jiraa fi waan jiru Uummataaf ifa gootanii jirtu. inni hubachuu danda'u diinas taatu firris akka hubachuu danda'utti ifoomsitaniifii jirtu waan ta'eef Galata guddaa qabdu.
@shitayeolana6401
@shitayeolana6401 Ай бұрын
Waaqayyo ummuriikeesan nuuf haa dhereesu jaal Maroo fi Jaal Game
@FamiiAhamadumare
@FamiiAhamadumare Ай бұрын
❤❤❤❤
@CaalaaCaalaa-ls3fu
@CaalaaCaalaa-ls3fu Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤ jalee maroo love 🎉🎉🎉
@AliNas-uq8li
@AliNas-uq8li Ай бұрын
Listen world 🌍🌍 only WBO Jalee maroo Dirbsaa king 👑 all East coast Africa Abiyi Hamed shaxnaa Crmanal children kiliers
@gumaakena
@gumaakena Ай бұрын
❤❤💪
@AliNas-uq8li
@AliNas-uq8li Ай бұрын
We oromo people we want Saperstein from.Ethipa
@addiroba7532
@addiroba7532 Ай бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@user-kh9um4bk5z
@user-kh9um4bk5z Ай бұрын
waa malli nudhibe...
@user-eb2sh8uj5q
@user-eb2sh8uj5q Ай бұрын
Utuuu lamaan keessaani faayidaa uummata oromoo irrati xiyyeeffatani haraarii sallphaa turee
@user-wk4us1ze1d
@user-wk4us1ze1d Ай бұрын
Ajaayiba
@AbdallaaXahaa-mw5km
@AbdallaaXahaa-mw5km Ай бұрын
As wr wb akkami nagayyaa nuuf tahii Waggaa kumaa Caalaa nuuf jiraadhuu goota caaluu
@AliNas-uq8li
@AliNas-uq8li Ай бұрын
Yes it's Truth bixiigana shaxnaa Trutruest
@AliNas-uq8li
@AliNas-uq8li Ай бұрын
Go WBO Jalee maroo Dirbsaa
@AliNas-uq8li
@AliNas-uq8li Ай бұрын
We oromo people We no need with Peac we Ethiopia government any more.we want Remove bixiigana shaxnaa
@JustaThoughtUSA
@JustaThoughtUSA Ай бұрын
Isiniif dhumteetti boo!!!
@barutamasgen
@barutamasgen Ай бұрын
justa a/oromoo beektee barreessita moo?
@WorkuBelay-oe3ir
@WorkuBelay-oe3ir Ай бұрын
Nuuf jiraadha isin gootota keenya!
@ZakirJamal-wu3bi
@ZakirJamal-wu3bi Ай бұрын
Nuf jiradha
@SeidAbdu-yn3ip
@SeidAbdu-yn3ip Ай бұрын
❤❤❤❤❤🎉
@TizazuTadase
@TizazuTadase Ай бұрын
Ahhhhhh. yaa carraa oromo
@AliNas-uq8li
@AliNas-uq8li Ай бұрын
Go Jalee maroo Dirbsaa we Oromo all over world 🌍🌎 support WBO Jalee maroo Dirbsaa king east Africa
@user-hq8sw3oh4b
@user-hq8sw3oh4b Ай бұрын
Victory ✌️ OLF. Victory ✌️ OLA. Oromo peoples liberation Front born from Oromo mothers wombs. OPDO = POW. PP + EZM=Banda EPRDF-TPLF.=PM. Abiy Ahmed Ali haatuu haadharawu bishan daaligaa yaawuu leeba molaachaa elimaa Sharemuuxa Kanee Bashashaa nuu hinee gnaatinee akaa Saaree Maaraattuu WuuuShaa WuuShaa Wooo Wooo Wooo
@kebedebeka9131
@kebedebeka9131 Ай бұрын
Oroomoonumtti Walitti qabachaa Ilmoo Oromoo lafaa irra Dugugaa jirttu.Akka Qotatee hinjiranne tasiisa jirttu. Qoteebulaa nuu kessumessa jettanii babaree afuuraa bafacuu dhoowwaa jirttu.Hojii kessanni nama mitii waaqqnii isiinf haa argu.
@AbdurahmanAbdallah-tb6xs
@AbdurahmanAbdallah-tb6xs Ай бұрын
❤❤❤❤😢😢😮❤❤❤❤
@tsenat381
@tsenat381 Ай бұрын
Elele Elele Elele
@MoyMelkamu
@MoyMelkamu Ай бұрын
Ittii fuufii goota koo
@negeriwayu
@negeriwayu Ай бұрын
Baay'ee nama gammachiisa. Amma kaayyoon galma gahuun.
@user-hq8sw3oh4b
@user-hq8sw3oh4b Ай бұрын
Ethiopia spent billions and trillions dollars on continuing never ending internal war machines expensive military expenditures. Ethiopian peoples continuing suffering from generation to generation unwanted and unwarranted war's.
@ahmedumar817
@ahmedumar817 Ай бұрын
Oromo kai loli QBO qaawe qaawe qoofa dhufa Abiy Nefetegna Menelik EPP Opdo haatu soobidu
@rwaidamohamad6903
@rwaidamohamad6903 Ай бұрын
👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍💪💪💪💪💪💪💪💪
@habsaabdi1829
@habsaabdi1829 Ай бұрын
Abiy he is cerzy cerzy Abiy cerzy Ethiopian government we are cerzy cerzy Abiy cerzy cerzy
@dekebaadugna5126
@dekebaadugna5126 Ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf namichi kun leenjii saayinsii siyaasaa qofatti waan barate PHD ittin hojjate fakkaataa!
@cushticethiopia3133
@cushticethiopia3133 Ай бұрын
No question OLA has legit 150+ years of grievances. But it seems 1. OLA is assuming as having equal negotiating power to the government 2. OLA thinks only about Oromia in isolation disregarding other local & regional actors 3. OLA’s assumes PP as # enemy instead of Fano or eplf 4. Mistrust is so big that it should have been the main negotiation point 5. They want to negotiate only about Oromia but want the institutional change of the whole country 6. Rampant mutual disrespect. Sadly huge unsubstantiated & impractical differences.
@tesfayedenbel1304
@tesfayedenbel1304 Ай бұрын
abaon ummata oromotif umma wan buse inqabu qerotu oromo bilisa base oromo kan saamu wabodha badu qabdu
@estifanosabdu4798
@estifanosabdu4798 Ай бұрын
Araara wayya uummataaf
@user-ne9wu4yc5s
@user-ne9wu4yc5s Ай бұрын
Du'aan Amb.Reediwaan Huseen jiraa kee caala.He is educated person.Ati garuu hurraa haadha keetii qabsoo jedhii bool'a keessa oliif gadi fiigi
@theconfusedoromo5361
@theconfusedoromo5361 Ай бұрын
🤣😂😂😂ilma siviil universiitii😂..eenyuuf eenyuun wal bira qabda? gadhee iilma bofaa
@htg7447
@htg7447 Ай бұрын
Ayii ofif bo’ii yaa gowaa,namnii garaasa jalatuu wa’emaa garaa yadda, bekuumsi isaas garaaf
@ahmedumar817
@ahmedumar817 Ай бұрын
Hey please. Ethiopia is colonial empire Aba never ever believe in peaceful dialogue. This empire was established through military conquest. So only disintegrate this empire by guns power
@ahmedumar817
@ahmedumar817 Ай бұрын
Oromo sii meeqa soobamita?? Shame to those opportunists standing up for this loser Opdo Abiy Ahmed. The worst killer of Oromo
@AliNas-uq8li
@AliNas-uq8li Ай бұрын
Oromo people must know is not Oromo
@JustaThoughtUSA
@JustaThoughtUSA Ай бұрын
SOBA ADII!!! ANGA YOOMIITII NU SOBDUUU?????
@tsenat381
@tsenat381 Ай бұрын
😢😢😢😢
@htg7447
@htg7447 Ай бұрын
Atii hamma yomitti ofi hin bartuu??? Ofii barii 😂
@user-ne9wu4yc5s
@user-ne9wu4yc5s Ай бұрын
Waraanni mootummaa udaan kee si nyaachisaa jira bar.Dhala nafxanyaati ati
@theconfusedoromo5361
@theconfusedoromo5361 Ай бұрын
🤣😂..abbaa arrabaa...🤣😂soqolattu haadha soqolaa
@abdishifera4540
@abdishifera4540 Ай бұрын
wandabooma jala dhokadhuutii oduukee odeessi ati. waraanni ati kan mootummaa jettu kun nafxenyaa akka ta'e beektaa amma ati? isa mitii kan dhiiga ilmaanii fi uummata, beektota keenyaa dhugaa jiru. biddeen nyaattee bullaan siif kanumatu bilisummaadha mitiiree??? nyaadhuu hagi!
@ephrem2600
@ephrem2600 Ай бұрын
Atii diiqaladhaa fiicana maro tuu hini geyesuu hatuu kalee tiigiire waliinii nuufiixe shaaramuxaa
@htg7447
@htg7447 Ай бұрын
Calumaa jedhii gadhee,malii bektaa wa’ee ABO
@user-ne9wu4yc5s
@user-ne9wu4yc5s Ай бұрын
Hattuu haadha keetii daandeettii maal qabda qawwee kaattee bosona keessa asiif achi fiigdee horii qonnaan bulaa qalattee nyaachuu malee
@theconfusedoromo5361
@theconfusedoromo5361 Ай бұрын
meeqa sii kaffalu komeentii arrabaa tokkof? arraba malee maal qabda, goobanaa
@htg7447
@htg7447 Ай бұрын
Elamee yaa waraa barra kessani hunddumaa motummaf garaa kessanif bitaam ta’ni,garamma guttatani buluu bartanii,isinif moogii,ABO yo ta’ee dhigaaf laafee gototaa kenyaani ijaramee,kani ijaa kenyaa nuf banesii ABO dhaa!!! Atii gantuun hundii garakeef bulii gadhee akka kessanituu nuu garbomseem,dhigaa goototatii namnii qosuu hundii ituu dhumisaa bareddu hin arginee baraa jiradheeti,ilaa yaa bitaamtuu dhaga’ii kani sii bilisumsuu mulataa Gooftaan isanif keneni ABO qofaa,warii barra kessani bitamuu bartaani.gaaramma guddifadha senani isin gafaata
@htg7447
@htg7447 Ай бұрын
Ayyi kanii atti bektuu isaa oddu bunaaratii calumaa jechuniyuu bekumssamii,caalumaa jedhii addara
@htg7447
@htg7447 Ай бұрын
ABO ko waqqa gadditii kanin itti bonuu ❤❤ hamani jirutti
@user-hq8sw3oh4b
@user-hq8sw3oh4b Ай бұрын
Qoute, "pp. pm. regime daily blur biases blasts false propaganda machines on digital media national news labels us everyday. "Jaalee Maarroo Deribissa lectures about Oromo Liberation Peoples Front
@ABDIISHAAFIIABDIISHAAFII
@ABDIISHAAFIIABDIISHAAFII Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
Её Старший Брат Настоящий Джентельмен ❤️
00:18
Глеб Рандалайнен
Рет қаралды 7 МЛН
TRY NOT TO LAUGH 😂
00:56
Feinxy
Рет қаралды 10 МЛН
Increíble final 😱
00:37
Juan De Dios Pantoja 2
Рет қаралды 48 МЛН
Bokkuu Multimedia: Obboleessa Haacaaluu Hundeessaa .   Boonaa
42:07
Qaanqee Show
Рет қаралды 148 М.
ጃል መሮ ስለ አብይ አህመድ ፣ፋኖ እና ሻዕቢያ
1:17:47
Addis Compass Media / ACM / አዲስ ኮምፓስ ሚዲያ
Рет қаралды 52 М.
Amboon Misoomaan amma maqaashee geessi? Caayaa :Turtii Kantiibaa Magaalaa Amboo  waliin taasifame.
1:03:23
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 60 М.
Interpretation at the European Parliament
44:56
DGLINC
Рет қаралды 176 М.
BABAARO - Doktora 7 Ilmaan Abbaa Tokkoo
49:15
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 66 М.
Её Старший Брат Настоящий Джентельмен ❤️
00:18
Глеб Рандалайнен
Рет қаралды 7 МЛН