No video

Marsaa Laguu/Xurii Yeroo malee dhufuufi jeeqamuu

  Рет қаралды 13,435

Dr Nafyad Getu Official

Dr Nafyad Getu Official

3 ай бұрын

Join this channel to get access to perks:
/ @drnafyadgetuofficial

Пікірлер: 91
@hawwitioromoo9134
@hawwitioromoo9134 3 ай бұрын
Dhugaa waaqayyoo yaanii kee siriidha ati dhuguumaa dr siriidha maliif yoo jettee waan ati jettee kana hudaassaa of irratiin hargee 😢 phiireediin eergaa natii dhufu dide ji.a 2 darbee raa duras tartiiba saa eegaattee natii hin dhufu akkumaa ati amma jettee kana yeroo natii dhufes baay.ee na dhukkubaa akkumaa ati amma jettee nyaata baay.ee hin nyaadhu iriibas hin qabu manan kessa hojjeedhu kanatiis hojjin baay.ee natii baay.aataa yeroo hundaa jireenyii koo na jeqamaa sababaan bakkan jiru kanatii qormaanii natii baay.aatuuf maatii kos waanan yaaduf sababniis maatii koo yeroo hundaa dubbiisuu hin dandaa.uu waantii ati jettee hundiissaa siriidha yaada nuuf qodeef gudaa galatomii yoon nagaan biyyaa koo galee si bira dhufen yaalamaa ammasiitii waaqayyoo na gargaaruu😢
@TekiluBiranu
@TekiluBiranu 3 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂
@makiyamakiya3739
@makiyamakiya3739 7 күн бұрын
😢😢😢😢😢 abshiir hayaatii tiyyaa annilee akkasumaa naa dhuukubaa 😢😢😢😢
@BurtukaanBaaqqaalaBayyaana
@BurtukaanBaaqqaalaBayyaana 5 күн бұрын
Bagaa nagaa nuf dhuftee dr/nafyad ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉waqqayyoo siif haa ebbissuu ogeessaa kenyaa🥰🥰🥰 Uuuuuuuuufffffffffffeeeeeeee maalo ana dhugaa bayyee naa dhukkuuba yero naati dhufu
@alemtsehay279
@alemtsehay279 2 ай бұрын
Uuuuuufffff maaloo ana yeroo nati dhufuu bayyeen nadhukuba
@BuzuuMedia
@BuzuuMedia 3 ай бұрын
Gafiii qabaa Dr Hiriyaan tiyaaa takkaa Umurii 24 Marsaa laguu hin arginee mee Ijjoollee godhachu Dandessiin lafaa hadhaa fii Abbaa hin qabduu garuu ganama galgalaa bosiii😢😢
@MasiihadhaaEbbisaatube
@MasiihadhaaEbbisaatube 3 ай бұрын
waqayyoo ishidhaf haa kennuu😢
@Reh_animation
@Reh_animation 3 ай бұрын
Vedio kessaatti bayee ibseram doctors nafyad wae kanaa daqiqaa dhumarrattii irra deebi dhagefadhuu
@temperedglass2356
@temperedglass2356 3 ай бұрын
Dr keenya Baye Galatomii jabadhu 🥰🥰
@ChaltoChalto-le1tb
@ChaltoChalto-le1tb 7 күн бұрын
Dr bayyee galatoomii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@fatamabh2326
@fatamabh2326 3 ай бұрын
Doctor gaafiin qaba yaroo guyyaa jalqaba dhufu dhiiga guraacha kantaraatu nattii dhufa guyyaa lammata dhiiguma akka tiruu kanatuu nattii dhufa guyyaa 6 nara tura haammas badee guyyaa 4 yoka 5 boodaa dhiiga gubataa akka foonitu dhufee kahee dhiignii qulqulluun akka waa muree nattii dhufa mataanis baayee nadhukuba mana yaalaa dheeme hirina chaata qabda naanjedhani kinina naaf kenani xiqoo dhiisee nattii deebihe furmaani maal😢😢❤❤❤
@Reh_animation
@Reh_animation 3 ай бұрын
Wan ho'aa dhuguu bayisi ,qaruratti bishan ho'aa godhitti huccutti marii naanno garaa ke ykn gaddammessa kee irratti qabii
@user-sx8ke5vu8t
@user-sx8ke5vu8t 3 ай бұрын
Waa'ee marsaa laguu ilaalachise👍👍👍
@sinantube1
@sinantube1 3 ай бұрын
Akkam jirtuu matiwwaan dr nafyad🤩🤩🥰🥰🥰
@birhanekasaye2549
@birhanekasaye2549 3 ай бұрын
Galatomaa Dr Keenyaa uuuffii Rakkoo kanuu anuu qabaa garuu malii kiyyaa godhaa biyyaa oramaa jiraaa 😢😢😢😢
@pikeltopikelto2613
@pikeltopikelto2613 2 сағат бұрын
Galatoma ❤
@Radiya-s3f
@Radiya-s3f 20 күн бұрын
Hayee 0:21
@dararatukwt2379
@dararatukwt2379 3 ай бұрын
Sababaa ji'aa irraa lufuu malii
@furnemiresa1
@furnemiresa1 3 ай бұрын
Woww baruumsaa bareedadha galaatomaa Dr keenyaa🎉🎉🎉
@AsterTolera-xw2lk
@AsterTolera-xw2lk 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤ nuf jiraadha jabaa keenya
@MohammadMohammad-ys5ew
@MohammadMohammad-ys5ew 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 3 ай бұрын
Dr keenya bayyee galatoomii ❤❤❤❤❤❤
@HindiaMumad
@HindiaMumad Ай бұрын
Haye kaa batii lamaa hin dhufini hugaa lalee lagatifa malirahi
@metibulcha
@metibulcha 3 ай бұрын
Ayi siqaayii dubartii😢 Galatoomi Doctor 🙏 Wanti ati utuu hin dubbatiin irra dabarte, everymonth on the first day of my period throw up gochuun normal dha mo miti? Pls naaf deebisii; Waaqayyo si haa eebbisu!
@NaseemaN-uf7bc
@NaseemaN-uf7bc Ай бұрын
Galatomi Dr kenya ❤
@BonsaDamiseIlmaGujale
@BonsaDamiseIlmaGujale 8 күн бұрын
Dr rakkoon hangaa heerumtee ulfa'u hin dandeenye garuu ji'a sad sadi dhigni irraa dhangalaa'a rakkoo kun rakkoo maalitti
@user-pn2rm6pv9y
@user-pn2rm6pv9y Ай бұрын
❤❤😅😅dhugakeeti Dr galatomi
@lovemy6167
@lovemy6167 3 ай бұрын
Galtomaa doctor keenyaa 😍😍
@aishaabrahim8410
@aishaabrahim8410 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-wr5ke5sn9f
@user-wr5ke5sn9f 3 ай бұрын
Baay,ee galatomii
@user-pf1nd5zt8t
@user-pf1nd5zt8t 3 ай бұрын
thank u so much dok
@user-ki9wh5td5p
@user-ki9wh5td5p 2 ай бұрын
Guyaa 20 natii dhufaa bayyee naa dhukubaa 😭😭😭😭
@user-sx8ke5vu8t
@user-sx8ke5vu8t 3 ай бұрын
Sabootu sanyii Abba jifaar
@user-yf5qo8rf9r
@user-yf5qo8rf9r 3 ай бұрын
Ana isumaa kana naa rakkisaa yeroo hundaa 😭yeroo inni natii dhufuraa gahuuti lafaa jala naa keesaa batii luubbuun😢
@user-uy5jx2fy4g
@user-uy5jx2fy4g 21 күн бұрын
😢😢❤❤
@Reh_animation
@Reh_animation 3 ай бұрын
😊 thank you
@user-lg9ih8ow9s
@user-lg9ih8ow9s 3 ай бұрын
❤❤❤❤🎉🎉🎉
@obseegincii
@obseegincii 3 ай бұрын
Anaa akkuma fonitii citte na kessa ba'aa bay'ee kantaradha 😢😢 isaa malee dugdaa Fi qamni kolle heddu na dhukkubaa 😢 ya waq atuman na sirressi male Ani Nan soddadha madami kotti immu 😢😢😢
@fatamabh2326
@fatamabh2326 3 ай бұрын
Harmiis keesootti dhagaa godhate nadhukuba yaroo maarsaan laguu nattii dhufu raajii kehee lalamee dhiigatuu keessattii ititee jedhani😢
@IftuHinsermu-ct3ih
@IftuHinsermu-ct3ih 3 ай бұрын
Nagaan sinifa ta uu dr gafiin qaba wa ee marsaa laguu irraatii dhukubaa indometirosiin qaba marsa laguun koo naaf hin dhufuu bayee naa dhukubaa yoon maal godhee naaf wayaa mana jalas demera furmata hin arganee
@maartaakumaa3923
@maartaakumaa3923 2 ай бұрын
Dr// keenyaa Ebifamii ❤❤ nuu jiraadhu Mee gaafii tokkon qaba? Dr-- dubartiin tokko yeroo mucaa godhate garaan ishee godanisaa godhata Godanisaa kana kan balesuu qorichi isa jiraa jedhama kun dhugaadha? Mee isaa kana irratti ibsa nuuf kennii
@user-fg4fn4hn9c
@user-fg4fn4hn9c Ай бұрын
Doktar ani hergan lagu argee xumuree boda dhagalaoo bayy'ee qala akka magarisatuu ba'a yeroo sana bayy'ee hoksisa mana kesati wantiin godhu jira mana yala dhaquu hin dandauu
@lomeherco1166
@lomeherco1166 3 ай бұрын
Bayyee galatoomaa Er ❤
@GadisaGerama-jr5pr
@GadisaGerama-jr5pr 3 ай бұрын
Isin isniraa bayy,ee baranee
@meseretalemu-ws3mh
@meseretalemu-ws3mh 3 ай бұрын
Yes ❤❤❤❤
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 3 ай бұрын
Guddaa Guddaa Galatoomi Doktora keenya 💖💚💖🙏🙏 Translate to somali
@user-lo9oc3oj3c
@user-lo9oc3oj3c 3 ай бұрын
Dr guddaa galaatoma 😍😍
@user-sx8ke5vu8t
@user-sx8ke5vu8t 3 ай бұрын
Baayyee gaariidha
@user-fw9cr3dn8w
@user-fw9cr3dn8w 2 ай бұрын
Yes❤❤❤❤❤
@wayyeessaofficial
@wayyeessaofficial 3 ай бұрын
Gaaffii Addaan qaba Dr.biyya keenya keessatti DENTATAN JIRAA?
@user-sx8ke5vu8t
@user-sx8ke5vu8t 3 ай бұрын
Gaalatoma doctor fayyaa ta'a
@DiribeBiranu
@DiribeBiranu 3 ай бұрын
Baaye galatomaa❤❤❤❤
@user-gj6rc9jt9u
@user-gj6rc9jt9u 3 ай бұрын
Galatooma Dr ❤❤
@zarajimma3408
@zarajimma3408 3 ай бұрын
Galatoomi Dr
@mafuzamusxafa6974
@mafuzamusxafa6974 3 ай бұрын
Qaama saala dubaraati Maaliif wan adiin namatti bayyataa????
@Kaalidtaajii33
@Kaalidtaajii33 3 ай бұрын
Inni waan adii qaama saalaa keessaa yaa'uu su rakkina hin qabu fayya qabeessaa hin yaadin
@mafuzamusxafa6974
@mafuzamusxafa6974 3 ай бұрын
Ayyeen galatoomii sanyii ofiii ​@@Kaalidtaajii33
@Reh_animation
@Reh_animation 3 ай бұрын
It's normal yeroo ovulation gahu kan bahudha ❤
@user-we5wk2xe8s
@user-we5wk2xe8s 3 ай бұрын
bayyee galatomii Dr guyyaa 23 dhufaa koo yeroo bayyee dafee dhufee jedhen dhiphadhaa turee
@user-wy5be5lz7d
@user-wy5be5lz7d 3 ай бұрын
GalatomiDr
@user-ls6tp8zm9t
@user-ls6tp8zm9t 3 ай бұрын
Hey
@ObsiEenyuMiidhe
@ObsiEenyuMiidhe 3 ай бұрын
Dr,galatomii garuu gafii qaba,gafii kiyyaa dubarati takka marfee fayadamatee yeroo dheera Hanga,wagaa 6 yoo turate osoo hin basi ishe Dami,aa godhachuu ni danda,echi
@ganniijesus451
@ganniijesus451 3 ай бұрын
❤❤❤❤ galatoommii
@kennaatube4262
@kennaatube4262 3 ай бұрын
Doctor mee dhukkubbii mataa gar tokkkoo daawaasaa naaf qoodi please dhiifama waliin❤❤❤
@MasiihadhaaEbbisaatube
@MasiihadhaaEbbisaatube 3 ай бұрын
welcome dr🎉
@IskiruZebenu
@IskiruZebenu 3 ай бұрын
Dhugaa keessa ni
@zeharazehara9372
@zeharazehara9372 3 ай бұрын
well come
@masaramasara1595
@masaramasara1595 3 ай бұрын
Dr galatomii ❤❤
@asetashoma8755
@asetashoma8755 3 ай бұрын
Kiyaa toko jia dhufa gn guya lama qofaf isayu yadum homtu hin buhu sababni marsa hin bufne malidha koy
@naimahasan867
@naimahasan867 3 ай бұрын
Dr amanaa gaafi kana naaf deebisi harme ko marsan laguu ishee erga irraa dhaabate tureera garuu yeroo dhiyoo dhubee ture sanaan wal qabate marsan laguu ishee deebi'e itti dhufee kun kan ta'u maalif? Adaraa Dr keenya naaf deebisi🙏
@user-sx8ke5vu8t
@user-sx8ke5vu8t 3 ай бұрын
Barnota irra argadhen jira
@AsiaRtee
@AsiaRtee 3 ай бұрын
Dhugaa keti Dr ani hamma yona matin kan koo naratii arguu jedhen hamma nara demuti dhiphina bayy'ee keessa tura
@caaltuutube7217
@caaltuutube7217 3 ай бұрын
Dr. keenya galatoomi ulfaadhu Garuu Dr. Kan kantare yeroo ta'u dhiibbaan isaa maali anillee yeroo tokko tokko keezii akkasiin qaba
@MasoNana-xo9mc
@MasoNana-xo9mc 3 ай бұрын
Plz dr naf deebisi convidens yokan akkamin nama heddu birat haasau dan deenna
@user-du4ft7mm6f
@user-du4ft7mm6f 3 ай бұрын
Dr galatoomi gaffin qaba ani yeroon biyyaa jiruu lillimee gaadamesaa godhaa osoon hin baafatiin biyyaa Oromo dhufe hamaa bafachuun barbaada bafaamu ni deedaamaa baye na dhukubaa 😢
@user-vh6hz8hh9o
@user-vh6hz8hh9o 3 ай бұрын
Dr ,gafidhanii bayee sicinqenii jiraa dhifamaa garuu gafaa durasii wayee lupii sinii gafadhenii turee ammasii anii eganii lupii kanaa galfadhee lagunii kiyaa guyumanii natii dhufaa inisii folii adaa ta'ee qabaa maloo furmataa isaa
@saciathopia7125
@saciathopia7125 3 ай бұрын
Galatomii, garuu gaffii sirraa qabaa please waayee dhukkubbi qaama saalaa irratti si gaafachuu barbaada 😢😢
@TekiluBiranu
@TekiluBiranu 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@lovemy6167
@lovemy6167 3 ай бұрын
Kiyaa garuu akkuma atii jetee doctor garuu Baay'ee naa dhukubaa garaa koo😢😢😢
@SanaSana-qc9br
@SanaSana-qc9br 3 ай бұрын
❤❤❤❤
@ghbxfhgknfeyj1964
@ghbxfhgknfeyj1964 3 ай бұрын
Dr galatomi
@user-vn1oj1rr5u
@user-vn1oj1rr5u 3 ай бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@Suye444
@Suye444 3 ай бұрын
😢😢😢😢❤❤❤
@xajjiabbaba6920
@xajjiabbaba6920 3 ай бұрын
Dr. Please gaafin qaba yeroo marsaan laguu koo narraa deeme guyyaa 3....4 booda dhangala foolii badaa tokko narraa ba'a Kunis baayyee na cinqa guyyaatti yeroo 2 ol uffata koo jijjiradha baayyeen of jibba yeroon moodisiillee godhadhu nii jiraata maaloo furmaanni maali 😢😢😢😢
@SurprisedBreakfast-tr5zi
@SurprisedBreakfast-tr5zi Ай бұрын
Doctor.qorichaa.dugdaa.namaa.waalit.qolofu.maalii.??raabii.jedhit.naf.maalo.rakkadhe.waaliti.na.buuta.oljechuf.gaada.jechu.nadhowe😂😂😂😂😂😂
@user-lg9ih8ow9s
@user-lg9ih8ow9s 3 ай бұрын
animasalagukonatiidhugwagatokomalifdranidhirawajiijrugarumalifakatenagalunafdebisaar
@meseretalemu-ws3mh
@meseretalemu-ws3mh 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@hannafijiraagoftaakoo4039
@hannafijiraagoftaakoo4039 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@myuae3401
@myuae3401 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤
Of Eggannoo hunda keenyaaf. maaltu akka dhala hin godhane nu taasisa?
40:09
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 15 М.
Dhangala'aa qaama saalaa shamarranii keessaa bahu
19:18
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 162 М.
UNO!
00:18
БРУНО
Рет қаралды 4,3 МЛН
艾莎撒娇得到王子的原谅#艾莎
00:24
在逃的公主
Рет қаралды 43 МЛН
Идеально повторил? Хотите вторую часть?
00:13
⚡️КАН АНДРЕЙ⚡️
Рет қаралды 17 МЛН
Survive 100 Days In Nuclear Bunker, Win $500,000
32:21
MrBeast
Рет қаралды 150 МЛН
Qaama saalaa dhalaa qorichi dhiphisu jiraa?gaaffii dhaggeeffattootaa
18:26
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 77 М.
Dargaggoo Jaalalaan Miidhame
30:18
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 372 М.
Yeroo jaalalaa 'Sagalee kee utuu hin dhagahiin yoo bule irribni na hin qabu jetti ture'.
25:49
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 111 М.
Aartii Mo'aa - Tiktookeroota waliin
45:56
MO'AA TV
Рет қаралды 25 М.
Aarrii Rifeensaa  (ሽበት) Maaltu dafee namatti fida? Akkamitti ofirraa ittisna
11:33
Dubartiin tokko erga peeredin itti dhufee guyyaa meeqa booda ulfoofti?
12:45
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 439 М.
"Kadir Satatee qabsaa'aa ture malee maraataa miti!"
23:07
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 512
UNO!
00:18
БРУНО
Рет қаралды 4,3 МЛН