Mohammed Hajjii Dargaggeessa Hojjaa Gabaabaafi Hojjataa Waajjira Say.fiTek.Oromiyaa

  Рет қаралды 434,120

3F

3F

5 жыл бұрын

Gaaffii fi Deebii Dargaggeessa Hojjaa Gabaabaafi Hojjataa Waajjira Say.fiTek.Oromiyaa kan tahe Mohammed Hajjii waliin taasifne hordofaa irraa baradhaa.

Пікірлер: 1 300
@meskiethiopia5707
@meskiethiopia5707 4 жыл бұрын
Iraa caala ijoolee Arsii baaayeen isaan jaaladha❤❤❤❤
@abdimedia12
@abdimedia12 5 ай бұрын
❤❤❤❤
@kulanimucatiisaqaajimmaa4042
@kulanimucatiisaqaajimmaa4042 2 жыл бұрын
Yaa hojji rabbi Rabbin amaas sia jabesuu😍😍😍😍
@ashaamuhammad4064
@ashaamuhammad4064 5 жыл бұрын
Maasha Allaah rabbiin umrii sii haa dheerreessu Muhammad keenna fayyaama yoo rabbiin siif keenne waan biraa hin haawwin saboonaa biyyaa teennaa hedduu siif gammaanne beekumsa keetiif hojii keetiis rabbiin ammaallee siif dabaaluu umrii harreegeessa sii haa keennu
@nasriahmed5110
@nasriahmed5110 5 жыл бұрын
rabbin yaadaf murada kee sif haa guutu obbolessa kenya intala raziya rabbi rabbin sif haa kennuf❤❤❤
@qaniiibatuu1496
@qaniiibatuu1496 5 жыл бұрын
Dhugaa rabbi osoo Amanatadhani wali dangesuu banee kadhimaa koo dhisee sitani herumaa😃😃 ebaa tana Amen jedhi fudhuu Dubartii baredina ykn ufataa osoo taneee waqqani Abraham,yesaq, yaqob, dubarti waqqa sodatuu kan sinboo qabduu kan iqifi digifii gotee si wajin jiratuu kan akka saraa sifi haa kenuuu!!!
@Rabai-gt8kv
@Rabai-gt8kv 5 жыл бұрын
Kkkkkkkkkk
@qaniiibatuu1496
@qaniiibatuu1496 5 жыл бұрын
Rabai 12345 mali kofaltaa😎
@sumayabntislam7713
@sumayabntislam7713 5 жыл бұрын
Qaniii Batuu amatini Rakkoo hin qabuu. Yoo jalatee itti herumuu ni dandesaa Rakkoo kani qabuu yoo shamarrii islmaa kirsatanati herumatedhaa suni hin danda’amu
@hdnjdnsnnddd6665
@hdnjdnsnnddd6665 5 жыл бұрын
Mamme umurin ke meqa
@ashuashu4806
@ashuashu4806 5 жыл бұрын
Qanii Batuu yoo fedhaf jaalala waqqayo ta'e waqqayo sababii keef lubbu tokko olchuu fedhe tanan gaffadhu goftaadhan dursa ebbifamittu koo anis akkuma keen yaadeyyu beekita garuu kadhima koo hin dhiisu dursa labsiin oli bahef mameef kadhadha
@naheemnaheem3724
@naheemnaheem3724 5 жыл бұрын
Wowww mashaaa alhaa mamee jabadhuu dheriniii homaa mitiii afiyaa qabachun waa hunda calaa rabiiii waraa atiii niyatuu sif ha kenuu kan namaf jechaa sii jalatuuu osoo hin tanee kan rabif jechaa sii jalatuu sitiii haqabuuu
@walloobiyyakoohhf1116
@walloobiyyakoohhf1116 3 жыл бұрын
Subahan Allah hojii Rabbii alahmdulih Allah jedhi fayya Rabbii sii haa kenu
@makeyataher2897
@makeyataher2897 4 жыл бұрын
Mashallah mamiyye heddu sii jalanna gabbabinnaf dherinna kan namaf latuu rabbumaa alhamdulillahi jedhi
@user-vy5jj2ec7c
@user-vy5jj2ec7c 5 жыл бұрын
Hayyuu keenyaa kan sammu gudda umrii nuuf dheeradhuu 💙💙💙💙💚💚💚💚💚💚💖💖💖💖💖💖
@teybaomer6620
@teybaomer6620 5 жыл бұрын
Masha Allahu thanks for you mamme
@tuulamaatube4182
@tuulamaatube4182 2 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/fp9xhbSDmazdaJc.html
@emebettufa9264
@emebettufa9264 5 жыл бұрын
Wowww heddu namati toltaa waqayoo ummuri dheraa siif yalatuu Mammee keenya bayye Siijaladhaa atii nama dande'itti cimaa qabdudha bekumsaa kerratti beekumsaa siif yadabaluu Goftaan kana caalaa iddoo gudda akka gessuu abdiin qaba Jabadhuu Sabaa koo 🖒🖒🖒🖒🖒💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💌
@bontturayyawalloo4169
@bontturayyawalloo4169 4 жыл бұрын
Emebet Tufa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@zamzamdansuu7919
@zamzamdansuu7919 3 жыл бұрын
mashaa allah mohee saanyi leencaa baya'ee sii jalanaaaaaaaaa
@jdhdhdjdjdh5968
@jdhdhdjdjdh5968 5 жыл бұрын
እፁብ ድንቅ ነው የፈጣሪ ስራ ይገርማል ድቡሽቡሽ ያለ። ልጅ ነው የሚመስለው እንጂ አጭር አይመስልም ዳዊት አለማየሁ የሚባል ዘፋኝ ተመሳሳይ ናቸው ጓደኛሞች ሆሄኑ አሪፍ ነው ፉኜ ሾ ተጨማሪ የአየር ሰዓት ብትሰጪው አሪፍ ነበር ጨዋታ ይችላል ትንሽ ዘና ያደርገን ነበር ለማንኛውም እናመሰግናለን በርታ ልዩ ስጦታ አለክ
@MikeMike-bc7jg
@MikeMike-bc7jg 5 жыл бұрын
You are right. Ennaym ye hone sew mesloge neber. Ok now it makes sense.
@saraamiral7772
@saraamiral7772 3 жыл бұрын
@@MikeMike-bc7jg 😚😚
@orommoohawwii7747
@orommoohawwii7747 2 жыл бұрын
Wow Mashallhaa
@abebaberhanu9640
@abebaberhanu9640 5 жыл бұрын
Funyeeko umuriikee nuuf haa dheresuu waqaayyoo. Mammeko atis jabadhuu baayeen sii jalladha.
@mashoomashoo7066
@mashoomashoo7066 5 жыл бұрын
😘
@user-io4es4oh9k
@user-io4es4oh9k 5 жыл бұрын
Dhugaa waaqayyoo bayee bareechee sii umee❤❤💙💙💖💖💖
@buurbuur542
@buurbuur542 2 жыл бұрын
Anaakee hiboohin licaakoo atii motumaa oromo tataa ensaallh atii licaaa licaa😘😘😘😘💪💪💪
@TesfayeKekeba
@TesfayeKekeba 4 жыл бұрын
Namittin yeroo sana hojiirraa isa ariite lubbuutiin jiraachuun ishee cubbuudha, waanti qoshaashaa bichaan kun siyaasa qoshaashaaf dhala namaa rakkisaa turte.
@richrihana2014
@richrihana2014 5 жыл бұрын
As wr wb mamme kenna sabbona oromo jabadhu qaman dherachurra qalbii dherachuu woyya abshiir
@olumaroba3108
@olumaroba3108 5 жыл бұрын
At least once a day since I came across this. Master Computer, Comedian and Actor. Thank you Mohammed!!!
@user-xk3rj8ml8z
@user-xk3rj8ml8z 2 жыл бұрын
Bayee namaati toltuu umuri dheraa sinif haa kenuu waqqayyoo❤️❤️❤️💞💞💞💞💞
@tserqanemariyaam_youtube9741
@tserqanemariyaam_youtube9741 5 жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkk dhugaa waaqayyoo bakaa garaan kee hawwuu huddaa akkaa gechuu waaqayyoo sii haa gargaaruu Abboo wagaa 100% jiradhuu seseqaa koo uuuuuuufffffff bayy'ee sii jaladhaa jabbadhuu gotaa attii 👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻
@fidaakaabiiwaummiiyaar5636
@fidaakaabiiwaummiiyaar5636 5 жыл бұрын
Yaboo Anuu si dheesse Asallatti sihii Karaa radio faanaa asallaa afoo darbu argee Yaa maammee 🙈 Hedduu nama kofalchiista beekaa keenya jiraadhu umriin turi 💋💋💋💋💋❤❤💘💘❤❤
@shagaabdala7063
@shagaabdala7063 5 жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️Ani sit herumaa lakkofa kee naa ergii Amma garaa oromiyaa galuu hedaa💕💕💋
@hakimamanya4993
@hakimamanya4993 2 жыл бұрын
Mati naf tahi qali koo damma ❤️
@user-kq6eo4nq2j
@user-kq6eo4nq2j 4 жыл бұрын
Masha ala muhme baka yade rabi sihagesisu jegna oromo baye sidiqaaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@rehima2280
@rehima2280 5 жыл бұрын
Wwwwwww wolaahii ittii bonii gababinaa kee kanaa maashaa allaah bekumsaa keettii not sii haa bulchuu wolahii anii rabbiif jechaa sii jaladhaa silaa sittii herumaa garuu waa duraa qabuuf maal godhuu qabaa ree hundaafuu jabadhuu waan sii risqee rabbii sii dhorgaa inii inshaalaa
@madinal1685
@madinal1685 5 жыл бұрын
Mashalallaa mashalallaa bekumsaa bekumsaa saran rabbi dabalee sifi hakenuu jabadhuu hunduu nidabara
@muslimamuslima8381
@muslimamuslima8381 5 жыл бұрын
Mashaa allaah tabarakkalaah rabbii umrii Sii hadheresuu mamee .kenyaa baredafii dheriina namaa kenuraa samuu yadhuu namaa kenu woyaa jabadhaa
@nanatiinuradiin1760
@nanatiinuradiin1760 2 жыл бұрын
𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢👍👍👍👍👍👍👍✅✅✅✅✅💯💯💯💯
@tuulamaatube4182
@tuulamaatube4182 2 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/fp9xhbSDmazdaJc.html
@shamsas5372
@shamsas5372 4 жыл бұрын
Mashallah obolesa koo jabadhuu rabbii bakka yade si gesu jabadhuu jabadhuu uufi jiradhu lamii koo nagaya sif ha hawa edo jiratuti ✍
@mucaayesuus4916
@mucaayesuus4916 2 жыл бұрын
Wwwwwwwwwwwwwwww bekumisii hojaa dheratanii mitii dhugaa waqayyoo kanaa Calaa sa.aa jijiruu qomoo koo bayyee sii jaladha 💑💑💑💑💑💑💑💑💑💑💑💑💑❤💑💑💑💑💑💑
@abrhamaleemu3546
@abrhamaleemu3546 5 жыл бұрын
ሀሀሀሀሀሀ ኡፍ በጣም ነው ያሳቅከከኝ ምርጥ ተጫዋች ቁብ ነገረኛ ነህ ፈጣሪ እድሜ ይስጥ
@shopshopt6701
@shopshopt6701 3 жыл бұрын
😘😘😘😘😘
@tuulamaatube4182
@tuulamaatube4182 2 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/fp9xhbSDmazdaJc.html
@user-md9ph6wh6q
@user-md9ph6wh6q 5 жыл бұрын
Alhamdulillah jedhi Obboleessa kiyya Uumamni hundi guutuu miti Uumaa keenna Allah qofatu gutuudha. Knf ,rabbii beekkumsa sii kennee galanni haa ta'u Ati nama gaariidha abshiir☝️
@adiishow7842
@adiishow7842 4 жыл бұрын
Maashalla tabaraka alla baay'e namati tola wallahi jabaadhu maamme rAbbi beekumsa kana caalu rabbi siif haa kennu qaxaleekoo baay'e sijaalladha💖💖💖💖💖💖
@naseemasaif1945
@naseemasaif1945 2 жыл бұрын
Buskuti akam bareda dhuga rabii wora gababo baye argera garuu mamen baye bareda wowww masha alahaa
@vw5627
@vw5627 5 жыл бұрын
Dhugaa sammun kee eenyuma olii jabadhuu waqayyoo bakka yadde hunduma siif yaa gutuu
@roziiyoutube7210
@roziiyoutube7210 5 жыл бұрын
Mamekoo sarekoo ebifamii bayee sii jaĺadhaa broko❣❣❣❣❣❣❣ qumatii dherachuu fayidaa hin qabuu wanan samudhaa💝💝
@arbagugutube6758
@arbagugutube6758 5 жыл бұрын
Muhee koo Nuuf jiraadhu qashtii Dheerinni qaamaa biyyaa fi nama dhuunfaas sammuun alatti kan jijjiire hin garre. Baga Rabbiin Qalbii kee hin gabaabsin I Love you Muhe!
@jamiilaaadamiijamiilaaadam7982
@jamiilaaadamiijamiilaaadam7982 5 жыл бұрын
Alhamdulillah jedhi muhammadi kennaa waanii rabbii siif Lalabbee innuumaa argataa inshallah dherinaa fi gababiinaa kessaa homa hin jirani Amshiir👍👍
@hakimamanya4993
@hakimamanya4993 2 жыл бұрын
Mati naf tahi qomo
@peacelove1814
@peacelove1814 5 жыл бұрын
Wow jabaadhu mamme👍👏✊Fuunye bareedu tiyya jabaadhu ❤️❤️❤️
@Galaa2023
@Galaa2023 5 жыл бұрын
Qaaman guddatanii mul'achuu irra sammuun guddatanii mul'achuu wayya!!!
@abdalladawudtube1470
@abdalladawudtube1470 4 жыл бұрын
Mammee l love you imaa sabaa qalii
@rawadabbass6434
@rawadabbass6434 3 жыл бұрын
Atis coleedhaa wwwww bay,ee namatii toltaa
@fatimadiramaamallatiyienew7238
@fatimadiramaamallatiyienew7238 3 жыл бұрын
Gaababaa yoo taaelee samuu isaatuu namaa deeraa Caallaa
@tuulamaatube4182
@tuulamaatube4182 2 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/fp9xhbSDmazdaJc.html
@ahmedgeriba9548
@ahmedgeriba9548 4 жыл бұрын
Ahimad Gariibaa kollejji qonna Ardayita irraa.funyee atis Muhammad argitee afferuu kee guddaa galatoomii.Garuu mucaan kun bilchaata namatii,Ammas waan heddutu mataa isaa keessa jiraa.kanaafuu irraa deebii nu affeerii.
@radhyaradhya9526
@radhyaradhya9526 5 жыл бұрын
Wow bayye namatti tolittaa Muhammad rabbi umiri dheraa sifii haa kenuu garuu osoo akkaa kee bekkumusaa qabadhee sii baribadee sitti heruma ture garuu bayyee💘💘💘❤❤❤💌💌👌👌👍👍 sii jaladhe jaritti bareduu bekketuu akka sii sifii haa basuu
@nuriiahmed1303
@nuriiahmed1303 5 жыл бұрын
hin jalalataa attii
@radhyaradhya9526
@radhyaradhya9526 5 жыл бұрын
Eeee dubara ulagalee akkami qabiduu baribada latta fillannoonii issaa akkami na baribada lakofisa isaa namin bettuu yoo jirattanii
@awaliiawalii788
@awaliiawalii788 5 жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍gudatefi gurii harefuu homaa hin gonee abshiri homaa miti mamee
@safihh2908
@safihh2908 5 жыл бұрын
maSHAA ALLAH jabqadhuu lencaa ko
@faxumaakamali9023
@faxumaakamali9023 5 жыл бұрын
Anuu itti herumaa naa haa kadhimuu inii ilmaa isaa calusii bulkayuu nii mallaa ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@AhmedAli-ys5nx
@AhmedAli-ys5nx 4 жыл бұрын
F
@aasss677
@aasss677 4 жыл бұрын
Mame alhaamdulilaah jedhii garaa baal'iisee nyaatuu iraa sammuu baal'iisee yaaduu waayaa akkasumaas hojaa dheerraachuun barzaafifuu waa hin goonee kanaafuu gabaabbiinaa keetiif itti hin dhiphaatiin sammuu dheerttu akkasumaas taa waa yaaduu qaba saanu sirriitti.
@masifiker9435
@masifiker9435 5 жыл бұрын
Wawu mame jiraadhuu waqyoon umerii dheraa sifii haa kenuu mucaa biyyaa Koo❤❤❤❤
@sumyaomer6013
@sumyaomer6013 5 жыл бұрын
Dherinnii bu'a hin qabu sammu ke cimaa rabbii siif keene alhamdulilaah 💪💪💪💪💪💪💪💪💪👍👍👍👍👍👍
@shopshopt6701
@shopshopt6701 3 жыл бұрын
Waqayoohosa sifhakenu
@user-md9ph6wh6q
@user-md9ph6wh6q 5 жыл бұрын
Maasha Allah Obboleessa ofii Nuu jiraadhu qaalii ofii😍😘🌹🌺🌹🌺😍😘👌
@kadijaakadijaa800
@kadijaakadijaa800 5 жыл бұрын
Mamee mashaallaa jabadhuu Sabonaa Oromo Wojaa gababinii kee enuu gadii Sii godhuu hin dandauu jabadhuu wananii qalbii qabachufii bekkumsatuu Calaa
@MustafaMohammed-rv5wo
@MustafaMohammed-rv5wo 2 жыл бұрын
You are the best my brother like the wey you are really pafecet of mind
@bidiqebaqale2455
@bidiqebaqale2455 5 жыл бұрын
Hojjaa kee miti jechii keeyyuu nama gaha abshir Mammee 😘😘
@tatitube3775
@tatitube3775 5 жыл бұрын
Bidiqe👍👍Subscribers አድርጊኝ እንደራሪግ ቤተሰብ እንሁን👌💚💛❤10Q
@zamzamkaazim3357
@zamzamkaazim3357 5 жыл бұрын
Kkkkkk
@raheemamoh334
@raheemamoh334 5 жыл бұрын
😍😍😍😍😍😍😍😍❤❤❤❤ Abshir kennaa Rabbii tokoo Alhamdulilhh jedhii Rabbinii yaddaa murdaa kee sifii haa guttuu insha'Alhh Mammeee
@habeebaduri9792
@habeebaduri9792 5 жыл бұрын
@tgttigist3433
@tgttigist3433 5 жыл бұрын
Wow
@hakimamanya4993
@hakimamanya4993 2 жыл бұрын
Mati naf tahi qali too damma tiyyaa jaajaabbee ❤️
@lensafikadu4159
@lensafikadu4159 4 жыл бұрын
Wooow waan baay'ee nama gammachiisuudha dhiiro jabaadhuun ati hojjaan dheerachuu ykn gabaabbachuun hojii keerraa hin hambisu jabaadhu
@zamzamhasan2704
@zamzamhasan2704 5 жыл бұрын
Maashaa allaah maashaa allaah maammee baga rabbiin kaayoo kee galmaan siif gahee ammallee diinii duniyaan si haa guddisu ❤❤❤❤💗💗💗💗💪💪👍👍
@karizmamega524
@karizmamega524 2 ай бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰💞
@burtukaansanyiioromo4337
@burtukaansanyiioromo4337 5 жыл бұрын
Dherinii homa fayidaa hin qabuu Samuu garii qabchudha jabadhu Rabbii ammasi danale bekumsa sii haa kenuu
@sumayajabal501
@sumayajabal501 5 жыл бұрын
Sitiin erumaa jaalalaa sirraa naaqabe jiraa mameekenya
@abdijaylaan69
@abdijaylaan69 3 жыл бұрын
Masha allah jiraadhu umrii dheeradhu
@elenamassae1027
@elenamassae1027 4 жыл бұрын
Wenderfuull man!! gawaan guubba midhagaa abshaalii keessa midhagaa!! gababachuun ulfiinaa kamuu iraa nama hin iriissuu attii abbaa caarratii! funyee waan gaarii nuuf dhiiyesiite atiis yoom nama salphaatatee jabaadhuu!.
@faatumaakadeir3976
@faatumaakadeir3976 5 жыл бұрын
Wowwww mashaa alaa bayy'ee namatii tolaa jiradhuu dhiriin homaa mitii 👍👍👍❤❤❤❤
@zelikatube9634
@zelikatube9634 5 жыл бұрын
Rabbi Intalla Akka Hadhati Si Jallatu Sif Hakkenu Mame Kenya.
@muniram9380
@muniram9380 5 жыл бұрын
maasha allah tabarakallah abshir gababanis dheeranis hinuma du'a erra caalan beekumsa rabbiin waa lama sin dhowwanne dheerina sidhowwatus beekumsa sif kenne amalle rabbiin beekumsa dhuma hin qabne sif hadabalu jabaadhu 🖒💯%💯
@user-pz3ut5el3c
@user-pz3ut5el3c 5 жыл бұрын
Mashallah Mamee rabbii umrii siyadheressu
@garadatuluu761
@garadatuluu761 5 жыл бұрын
bayee namatii toltaa rabii umrii dhertuu sii haa kenuu
@farhaanhuseen475
@farhaanhuseen475 5 жыл бұрын
Funyee Tenyaa bayee sii Jalaana❤️💚❤️!!!
@dfgggfgvbv9882
@dfgggfgvbv9882 4 жыл бұрын
Kkkkkk wan adatii nu jiraadhu
@hakimamanya4993
@hakimamanya4993 2 жыл бұрын
Mati naf tahi qomo koo
@senasena1910
@senasena1910 5 жыл бұрын
Bayyee sii jalaana bakkaa yaddee hundaa Rabbini siini haa gahuu. big respect . Funyee too jabadhuu gitii .💕💕💕💕💕💞💞💞💘💌😭
@jamiilahusen3494
@jamiilahusen3494 5 жыл бұрын
Ayi maamee Rabbiin beekumsaa sibadhaase Rabbiin haadha worra gaarii siif haakennu
@fantuutub8835
@fantuutub8835 5 жыл бұрын
bayyee bayyee namatii tolaa dhugaa rabbii mucaan kun dhugumaa kolajii ga.ee Aja.ibaa rabbii
@tameematameema4908
@tameematameema4908 5 жыл бұрын
Wowowow wowowo bayeee galatomi wani baye sira baradhe mamefi fuye I love you
@mariyepintiisilamiloveyoua5362
@mariyepintiisilamiloveyoua5362 4 жыл бұрын
maamee keenyaa tiquushuu samuu guddaa nuf jiraadhuu fayyaa qabaachuu qoftii gahaadhaa kana fayyaa dhabuus hedduutu jiraa waan ta'ef kun keenaa rabbii ta'uu hin dagaatin wan rabbii nuf keeni hudaa Alhamdiililaah jeechuutu caala atti rabbiin samuu guudaa siif keene Alhamdiililaah jeedhii irraa dedeebi'i
@hayyatiwallagga9337
@hayyatiwallagga9337 3 жыл бұрын
Hayy mamme assala maleyykum wr wabaraakatu akaam jirttaa fayya ketti galatomi rabbi koo dhumurri dherra fayya bareddu siif haa lattu gotta koo 🤲🤲
@naifaman2920
@naifaman2920 5 жыл бұрын
Good job for you brother and sister funye show thanks so much
@aduuaduu2207
@aduuaduu2207 5 жыл бұрын
Bags dhatee
@hakimamanya4993
@hakimamanya4993 2 жыл бұрын
Mati naf tahi qomo koo
@hakimamanya4993
@hakimamanya4993 2 жыл бұрын
@@aduuaduu2207 Mati naf tahi qali
@itaayaannolleelafaseenalee1850
@itaayaannolleelafaseenalee1850 5 жыл бұрын
Mamme keenya xiqishu sammu Gudda baay'ee sii jaladha 💋💋❤❤💞❤❤❤
@ituutsoorii1614
@ituutsoorii1614 5 жыл бұрын
Very smart. ❤❤❤❤💪💪💪❤❤❤❤
@azizaaamaan7914
@azizaaamaan7914 5 жыл бұрын
Mamme kenyaa baayy'ee sijaladhaa nufii jiradhuu 👍💪❤️❤️
@hadicrlla7890
@hadicrlla7890 5 жыл бұрын
Guddaadhu mararaakkoo kkkkkkkkk
@musajundi996
@musajundi996 5 жыл бұрын
Mamee hojjamimii hojjiin kee nama bonsa oso yeroo bayyee nuborsitee
@hakimamanya4993
@hakimamanya4993 2 жыл бұрын
Mati naf tahi qomo koo
@aminaamina1437
@aminaamina1437 5 жыл бұрын
MashaaAllaah MashaaAllaah MashaaAllaah MashaaAllaah subahnallaah Mamee Abishir rabbii sii haa qarqaruu Homaa hin yaddiin ini guddaan fayyaa qabatu keti ok Umiir dheritu, fayya garii,jaritii imana qabduu rabbii sii haa kennu
@oromtichawallo1193
@oromtichawallo1193 4 жыл бұрын
Rabbiin umri dheeran siif hawwa♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@saraethiowater
@saraethiowater 5 жыл бұрын
Imimmaan koo qabachuun dadhabe yaroon iddo hujiirra nadhaabe ja e dubbattu ahhhhhhhh dhala oromo, garuu rabbiin haagalatu kan sanhunda keeysa dabartee asgeeysee.amallee rabbin umriifi beekkomsa siif haadabu
@kedijamukter7869
@kedijamukter7869 5 жыл бұрын
Dhugaa anis nan boyee aaahh yaa oromummaa
@mok7766
@mok7766 4 жыл бұрын
Abshir maammee
@seenaatakkalaa9223
@seenaatakkalaa9223 5 жыл бұрын
Wowowowow best Nuf jiradhaa Mameekoo Waqayoon Bekkumsaa kanaa Caluu Sifaa dabaluu Abshirii qaxalee koo 💔💔💔💔💙💖💖💖❤❤❤❤Waqayoof haa galatuu Hojii isaa hundaaf
@Gk-tq9jg
@Gk-tq9jg 4 жыл бұрын
Maaashaallaah maashaallaah maashaallaah maashaallaah yaa raabbii 😭😭😭
@tuulamaatube4182
@tuulamaatube4182 2 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/fp9xhbSDmazdaJc.html
@zamzamhasan2704
@zamzamhasan2704 5 жыл бұрын
Irra hedduu namaa gabaabina hojjaa osoo hin taane gabaabina sammuuttu gufuu kaayoo ofiitif hawaasattis tahuu kan barbaachisu sammuun yaada dheerachuudha 100/100✅✅👍👍❤❤❤❤😍😍
@hayimanotorthodox3611
@hayimanotorthodox3611 5 жыл бұрын
Wowww kan waqayyoo nuufkeentii gaamaduu qabiinaa yaadiinkee bayyee gamaachiisaadha Mahamaadii
@utaawaayyuutuber5318
@utaawaayyuutuber5318 5 жыл бұрын
Wwwww maammee kolfaan nu fixe ugaa nuuf jiraadhu ❤❤❤❤❤
@bintilislam4347
@bintilislam4347 5 жыл бұрын
masha Allaah Rabii bekkumsa dhuma hin qabne siif haa dabalu Alhamdulillah jaii hundafu nuuf jiradhu
@faisalali3940
@faisalali3940 5 жыл бұрын
As wr wb osoo sii argee dhugaa rabbumaa jedhe sittii heerumaa
@tuulamaatube4182
@tuulamaatube4182 2 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/fp9xhbSDmazdaJc.html
@meemee2328
@meemee2328 4 жыл бұрын
dheerini boorgamoo dhaafui homaa hin goonee murteessaan sammudhaa jaabadhu waqaayyoo bara jireenyaa kee guutuu sii yaa ebisuu I love yuo
@looklook30
@looklook30 4 жыл бұрын
Mamee mashaa. Allah ❤️💓👍👍
@duretbati9903
@duretbati9903 5 жыл бұрын
Gababbina isaaa callaa bekumsaa inni qabutuu calla. good job I really appreciate the way you have a confident. Bakka gudda akka getuu Abdi qabna. Also thank you Funyee for inviting this funny and confident person God bless you both of you.❤️💚❤️
@user-vy5jj2ec7c
@user-vy5jj2ec7c 5 жыл бұрын
Dheerinaa fi gababinaa Osoo hin tanee murteesaaan sammudhaa gotaa keenyaa
@AhmedAli-ys5nx
@AhmedAli-ys5nx 4 жыл бұрын
Raya
@AhmedAli-ys5nx
@AhmedAli-ys5nx 4 жыл бұрын
Ggvhivbojc
@AhmedAli-ys5nx
@AhmedAli-ys5nx 4 жыл бұрын
Eibo
@MuhammadAsif-fr4rq
@MuhammadAsif-fr4rq 3 жыл бұрын
Thanks so much my sister God bless and my Bor
@user-nu4kr4qp1y
@user-nu4kr4qp1y 5 жыл бұрын
Godatefi gurii harefuu homaa hin gonee abshiri homaa miti mamee ❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍😂😂😂😂😂😍😍😍Masha allah tebarek allah ❤Good 👍👍👍
@kingoftigerl2943
@kingoftigerl2943 5 жыл бұрын
Masha Allah jabaadhu rabbi sihagargaaru
@user-ok2tv2dw3i
@user-ok2tv2dw3i 5 жыл бұрын
kkkkkk fb ለይ አይቼው በጣም አስቆኝ ኮሜዲ ቢሆን በአግበቡ ይሰራል wowww የኔ ቆንጆ ዘና አደራካኝ ቅማም ነክ የምር
@argwaabi6189
@argwaabi6189 2 жыл бұрын
አንገጋሩዳሢሢል፡😂🤣🤣
@masaretcity5093
@masaretcity5093 3 жыл бұрын
Waayyii faa nuugootaanii hojaa mitiisaammuudhaa waaqaayyoo kana caalaa beekkumsaa itti siifhaa daabbaluu raabbii
@geftegg8074
@geftegg8074 4 жыл бұрын
Mashalaa mashalaa mashalaa mashalaa lubbuu
@user-ok2tv2dw3i
@user-ok2tv2dw3i 5 жыл бұрын
ፉኔ የኔ ዘናጭ በጣም ነው የምወድሽ 💗💖
@emmuumucaatawaahidoo5301
@emmuumucaatawaahidoo5301 5 жыл бұрын
Ilmii namaa gochaafi dubbii Afaan isaatin madaalama kan jedhan sun dhugaadhaam!!! Dhugaa waan guddaan sirraa baradhe Umuriin kee haa dhereetu Maammee√√√
@ansariianas7340
@ansariianas7340 3 жыл бұрын
Gazexxeessan hoo maaliin abjuu arga. of ilaalii mee Muhamad
@astermakkonin5331
@astermakkonin5331 5 жыл бұрын
Keenna waqayyoo namaf kenne beekanii ittin bonunu wantaa guddadhaa jabadhaa waqayyoon wan yaade biraan sihaa gahuu😍😍😍😍💕💕💕
@shambelgonfa6556
@shambelgonfa6556 5 жыл бұрын
Dhugumattuu waan dinqiiti Maammee GOD bless you all the time. Galatoomi Funyee atis
@seidahmed700
@seidahmed700 5 жыл бұрын
Mammee attii anaaf maddabekkumsaatii jabadhuu rabbiin umrii sii haa dheressuu
@tuulamaatube4182
@tuulamaatube4182 2 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/fp9xhbSDmazdaJc.html
@lemmabayissa7872
@lemmabayissa7872 5 жыл бұрын
i can read his talent from this active boy and will be happy to see him more and thanks to Fugne show
@urjiioro8110
@urjiioro8110 4 жыл бұрын
Fuyee fi mame bayy'ee si jalaadhaa ❤❤❤❤❤❤
@jallatusabaa4817
@jallatusabaa4817 5 жыл бұрын
Mashaa allah mashaa allah Bekkumsaa irraati bekkumsaa rabbii siif haa kennuu funyee bayyee galatomii 👍👍👍👍👍👍👍 Manaa nyataa kettii osoo gaf tokkoo naa afertee natti tolaa
@kalgobu4482
@kalgobu4482 5 жыл бұрын
wowow Mohemmad bekkaa samuun guddaa kenyaa nu jiradhuu jechaa namaaf idoo lattin ለህ ዘላለም nurelingn
@zbsbszhzhzhzhs4550
@zbsbszhzhzhzhs4550 5 жыл бұрын
mame hadara rabii na fudhi arii hoja kee nati iranfata bay.ee si jaladha
@fatumakedir4942
@fatumakedir4942 5 жыл бұрын
Masha allah
@azelodeneken7828
@azelodeneken7828 5 жыл бұрын
Rabbii sii haa guuddisu haadhokoo Ayyii gara nama Nyaataa dhugaa
@aishaalahmed3940
@aishaalahmed3940 5 жыл бұрын
Ufffffffffffffffffffff ya rabbi koo umuri dhera nuf kenifi jabadhu bayye si jalana sayi keya
Keessummaa Waamaraa  Mohaammad Amaan Hajjii
21:25
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 43 М.
Smart Sigma Kid #funny #sigma #comedy
00:26
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 12 МЛН
Alex hid in the closet #shorts
00:14
Mihdens
Рет қаралды 11 МЛН
УГАДАЙ ГДЕ ПРАВИЛЬНЫЙ ЦВЕТ?😱
00:14
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 3,8 МЛН
FUNYEE GADAA 09032010
13:50
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 450 М.
Funyee Show: Artiist Jaafar Yusuuf waliin turtii taasifame Kutaa 1 ffaa OBN Bit 09, 2011
19:48
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 107 М.
April 8, 2024
10:05
Heeran
Рет қаралды 7 М.
Dargaggoo Jaalalaan Miidhame
30:18
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 368 М.
Gaafiif Deebii Jaal Shurrubbee Wajjin taasifame
6:55
Bokkuu Media
Рет қаралды 78 М.
kaabuta Haala yaroo irratti Dubaataniiru
15:05
ORO Time
Рет қаралды 10 М.
LForX Entertainment Media: SURPRISE 'ASAANTII MAALTU BOOCHISE?
1:16:09
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 71 М.
Выйграли Много Денег с Сыном
0:55
Карман
Рет қаралды 8 МЛН
ЖВАЧКИ!!!
0:47
Li ALINA
Рет қаралды 4,4 МЛН
Нажимай выше ☝️☝️☝️ #а4 #глент #риви #viral
0:25
Как меняются люди
Рет қаралды 4,7 МЛН
Это ежегодное настроение 😉 #tiktok #юмор #жиза #funny
0:10
He Used All The Sauce On 1 Slice Of Pizza🤪😂
0:12
BorisKateFamily
Рет қаралды 18 МЛН