Abdi Hachalu // Kilimanjaro // New Ethiopian Afaan Oromoo Music Video 2024 (Official Video)

  Рет қаралды 182,762

Motessa Studio

Motessa Studio

2 ай бұрын

Abdi Hachalu Released his brand new Music video with Motessa Studio and please check it now also stream it on Spotify.
Spotify open.spotify.com/album/4rxqIb...
don't forget to subscribe our channel
#motessastudio #newmusic #100kviews
#AbdiHachalu #Kilimanjaro
#oromomusic
#ethiopianmusic
#Music
#oromomusic2023
#oromomusic2024
#neworomomusic
#afaanoromoomusic
#trend
#bulloomusic
#baalagizee
#hachaluhundessa
#hachalumusic
#kilimanjaromusic
#abdiihacaaluu
#kiilimanjaaroo
#AndualemGosa #Bilillee #Andualemnewmusicvideo

Пікірлер: 276
@Hinsee-430
@Hinsee-430 2 ай бұрын
warri akka koo jaalattan like roobsaamee
@MotessaStudio
@MotessaStudio 2 ай бұрын
Waan daawwattaniif hedduu galatoomaa
@nimomesi6592
@nimomesi6592 2 ай бұрын
🌹👌
@Yasinbulaybt24_22
@Yasinbulaybt24_22 2 ай бұрын
Kilimanjaroo ❤❤❤❤❤ amazing experience and oromoo historical figures Be my family ❤❤❤
@HUBADHUU
@HUBADHUU 2 ай бұрын
Viidiyoon Oromoo bayyeen like hin tasifamuu like tuqa Oromoo 🙏
@GurmuNegese
@GurmuNegese 2 ай бұрын
❤Kilimanjaaroon haguma maqaa isaat gaha!❤❤❤❤ jaaladheera!
@michillemedia
@michillemedia 2 ай бұрын
Dhaloota seena isaa Deebifachuudhaf carraqu kamuu jabeessu qabna Sirba Seenaa ti, Qindoomina ajaa’ibaa fi ragaa Qabatamaa ummata Afrikaa keesaatti oromoon Qabu Gaalee fi Farda kan wal biraa hin dhabamne ilmaan nagaa ta’uu keenyas kan ibse dha. Dhaloota fayyetu aadaa saba kanaa akkasitti fayyisa! Qaamni sirba Bareedaa akkasii uummataan gahuuf irratti qooda fudhattan hunduu Galatoomaa! @Motessa Studio
@danidumor
@danidumor 2 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf barnoota isin nubarsiiftaaniin wal natti fakaataa jira. Nama seenaa ofii jaallatu Waaqni nuu haabaay'isu.
@mustedube4505
@mustedube4505 2 ай бұрын
Amazing music. Most smooth and historical music. Thanks Abdii. Buulii.
@KUUSH123
@KUUSH123 2 ай бұрын
Wwwwww....I like it. Sirba seenati. Hundaaf hin galu, ta'us hojii boonsadha. Jabaadhu qacalee ilmaa!
@besttiktok5523
@besttiktok5523 2 ай бұрын
Bro you started it, congrats for your achievement, blood huge appreciation from somebody who love your work.
@tufawayesa
@tufawayesa 2 ай бұрын
Irraa deebi'ii dubbii jaarraa kudha ja'a sana! Ergan kee cimadha!!❤❤❤
@danidumor
@danidumor 2 ай бұрын
akkana aartiin Oromoon🔥🔥
@biftukiya
@biftukiya 2 ай бұрын
So smooth and soothing, well done Abdi. Straight up fire 🔥🔥🔥
@DejeneBekele-zu2dy
@DejeneBekele-zu2dy 2 ай бұрын
Sirba seenaa ti, Qindoomina ajaa'ibaa fi ragaa Qabatamaa ummata afrikaa keessatti oromoon Qabu Gaalee fi Farda kan wal biraa hin dhabamne ilmaan nagaa ta'uu keenyas ta'uu kan ibse dha.! Dhaloota fayyetu aadaa saba kanaa akkasitti fayyisa! galatoomaa Qaamni Sirba Bareedaa akkasii ummataan gahuuf irratti Qooda fudhattan hunduu!!!!!!
@masaramasara1595
@masaramasara1595 2 ай бұрын
Wow Amazing jabadhuu bro bayyee namat tolaa ❤❤❤🎉🎉
@obsaaumar2009
@obsaaumar2009 2 ай бұрын
Gurbee qaxalee abbaakee
@yusufrtufa2289
@yusufrtufa2289 2 ай бұрын
Abdannee💥💥💥
@Shanker4k-fc4kb
@Shanker4k-fc4kb 2 ай бұрын
Keep going Abdi brow💪💪🎉
@oromiyyabiyyakoo1541
@oromiyyabiyyakoo1541 2 ай бұрын
Eee hinumaa mõõna dhugaa yoo raabbi jedhee Barii nii darba💚❤️💚❤️💚♥️💚♥️🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@BunoPictures
@BunoPictures 2 ай бұрын
Ajaa'ibaa 🔥🔥
@user-ic5uo3ko4x
@user-ic5uo3ko4x 2 ай бұрын
አሪፍ ነው በርቱ በርቱቱ
@dhiigatudhangalaelafattilo4084
@dhiigatudhangalaelafattilo4084 2 ай бұрын
Baga kanaan si Gahe Abdii koo. Jabaadhuu
@user-em9ff6lx2b
@user-em9ff6lx2b 2 ай бұрын
It's invisible masterpiece ...keep up niba😇🥰
@SakiraKira-yx4py
@SakiraKira-yx4py 2 ай бұрын
Douwnloud
@Jirenysalale
@Jirenysalale 2 ай бұрын
Wow Baay'ee Namatti Tola dhugaa galatoomi ABDII ❤💪💪💪💪
@hrachu1233
@hrachu1233 18 күн бұрын
Good job Abdi
@sabontuuwalloo9035
@sabontuuwalloo9035 2 ай бұрын
Motessa Studio 🎉🎉🎉🎉
@sabontuuwalloo9035
@sabontuuwalloo9035 2 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉 wow
@user-ke2yu6wg4p
@user-ke2yu6wg4p 2 ай бұрын
Jabaadhu akkuma maqaa keetii jirtaa BRO❤❤❤❤❤❤
@DuraTube2
@DuraTube2 2 ай бұрын
Abdii…congrats you did well…coming soon you will be professional i like your first work ❤❤❤ it’s perfect go ahead “deep message music”
@user-hx6su6nc5u
@user-hx6su6nc5u 2 ай бұрын
It is historically music jabaadhuu bro 👏
@HaftamuGamachu-us8in
@HaftamuGamachu-us8in 2 ай бұрын
Abdi jabadhu obolesa koo bayye namati tola sanyi gotta❤❤❤
@NemonaNegash
@NemonaNegash Ай бұрын
wooow amazing video Abdikoo keep itup
@SULTANuumayyoo
@SULTANuumayyoo 2 ай бұрын
Wwoooww Quality 👌 Kormaa ohhoo kormaa eehhee Kormaa Dimmaa cissuu sanaa kssaa....,..........
@biyyaoldmusicentertainment4379
@biyyaoldmusicentertainment4379 2 ай бұрын
Woow what a music ❤❤❤
@tufawayesa
@tufawayesa 2 ай бұрын
Gosh korma ilma, buli Haman sin argiin!!!❤❤❤❤❤❤❤❤
@Maccaatb9738
@Maccaatb9738 2 ай бұрын
Wowwwww!!!!! hojii baay'ee baareedha👍👍👍👍👍👍
@firaifhasan1399
@firaifhasan1399 2 ай бұрын
Abdii Hacaluu Abet Walallof K yedaloo Kee Jabadhu Bro Bayyee Bareeda Jaabadhu Amas❤
@obsaaumar2009
@obsaaumar2009 2 ай бұрын
Beyond my expectation mate
@legacyanimation2094
@legacyanimation2094 2 ай бұрын
Melody and lyrics 🔥
@tahawestb2581
@tahawestb2581 2 ай бұрын
😮 hojii ajaa'ibati. Baga milkoofte bro ✌️
@qilxuuborrana
@qilxuuborrana 2 ай бұрын
Jeechan issa Goobba kormmatti Making powerful-step up and has been visual than anyone Garmmamutollaa!!!
@MohammedMmm-pt1xb
@MohammedMmm-pt1xb 2 ай бұрын
Jabaadhuu jabaa keenyaa guddadhuu
@shumihirpo
@shumihirpo 2 ай бұрын
Gabaan dhaloota kanaa chirichaaroo hin bituu!!! Naaf ta' eera💯💯💯💯
@user-kv5uq3hz1v
@user-kv5uq3hz1v 2 ай бұрын
Wawoi bagaa milkoftee🎉🎉❤❤❤❤❤❤
@DuraOro
@DuraOro 2 ай бұрын
Wooow amazing music bro wan guddadhaa nuuf gudadhuu 🎉🎉❤❤❤❤
@daraaraahinseenee4758
@daraaraahinseenee4758 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@ShegerkooOro-kc5qb
@ShegerkooOro-kc5qb Ай бұрын
hojii gaariidha itti fuufi qaali koo.dhugaa keeti dhiggiin hacce jigee biyya raasseera dhigaa dhugaa raabbi laafa gaatu nussi raabbumaati iyyinaa🙏🙏✅
@OppoA-fu8et
@OppoA-fu8et 2 ай бұрын
Gaamaamu Tolaa💪💪💪
@BekiiBiru
@BekiiBiru 2 ай бұрын
Amazing music ❤
@dinayasdejene6373
@dinayasdejene6373 2 ай бұрын
Ergaa bareedaa qaba.guddaa galatoomii jabadhuu!!
@BekeluBekelu-nk7sl
@BekeluBekelu-nk7sl Ай бұрын
Woww jabaa ofii abbaatuu jabefataa sanyii koo hoji bayee baredadha nuf jabadhu💪💯
@safia1290
@safia1290 2 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉👌👌❣️💪💪 ayaantu debbisi gada bara sani❤️hanga feete bari fagaatis imaa mo'anna yoo rabbin jedhe 👌❣️
@jemalhirpo6218
@jemalhirpo6218 2 ай бұрын
Jabaadhuu broo sii faana jirraa❤❤
@ChalaGammeda-ok3rj
@ChalaGammeda-ok3rj 2 ай бұрын
Wow heddu bareedaa ❤❤❤
@AbdiBekele-nu1is
@AbdiBekele-nu1is 2 ай бұрын
Wow abdiye baga gammadde hojii ajaa’abaat 🎉
@kufa430
@kufa430 2 ай бұрын
Welcome 🔥🔥
@LeencooAbdalla
@LeencooAbdalla 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤🎉
@MasiiDaraje123
@MasiiDaraje123 2 ай бұрын
wow jabadhu 🎉🎉🎉
@ayenodube4586
@ayenodube4586 Ай бұрын
haacee xiqqaa jabaadhu abdi Koo kana caala waan baayyee sirra eenna
@abdisailmaseenaa
@abdisailmaseenaa 2 ай бұрын
Wwwwwwww Guudadhuu hadhoo koo❤❤
@bontubatii2652
@bontubatii2652 Ай бұрын
Woow it’s amazing song 👏🏽👏🏽❤️❤️ kaa galefii ergaa gudaa ufi keesa qaba
@user-oe1wm4hi9f
@user-oe1wm4hi9f 2 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 congratulations bro best music
@temamgabi9124
@temamgabi9124 2 ай бұрын
wwwwoooowww 👏👏 Bro its amazing Leenca namaa hojii baay’ee namatti toluudha😍
@XahiirHuseen24
@XahiirHuseen24 2 ай бұрын
Wwwwwww best video sagalee bareeduu ergaa gudaa qabduu Tanks bro ❤❤❤❤❤❤❤
@MrBeathose
@MrBeathose 2 ай бұрын
So far 2024 best music ❤❤❤ well done
@1_n.a.s.a1670
@1_n.a.s.a1670 2 ай бұрын
Good luck Bro
@EbisaTebelu
@EbisaTebelu 2 ай бұрын
nice job !!!!
@DiribaGezu
@DiribaGezu Ай бұрын
Jabaadhu baay'ee natti tole❤❤
@jaalataasabaa3319
@jaalataasabaa3319 2 ай бұрын
Abdi Roba galatoom. Ergaa onnee nama raasu
@SheikTahir-cj9xf
@SheikTahir-cj9xf 2 ай бұрын
Ergaa kaabaa dhaqxee dhimmaa woolloo ittii Dabaluu turtee ABDII
@osamahashim8480
@osamahashim8480 2 ай бұрын
What a music the lyrics 🔥
@GudinaHundesa-dl7no
@GudinaHundesa-dl7no 2 ай бұрын
Jabaadhaa baay'ee bareedaadha.
@user-wu2qt3jc4e
@user-wu2qt3jc4e 2 ай бұрын
Akkana kunoo artist Like it love it Jabaa namaa ❤❤❤
@maanyamaanya3465
@maanyamaanya3465 2 ай бұрын
Boss❤❤❤
@KeyradinQamaar-qu2hl
@KeyradinQamaar-qu2hl 2 ай бұрын
Jabdhu jabako
@user-gw5kp2gv3j
@user-gw5kp2gv3j Ай бұрын
Wow wow bayyee namatii tolaa jabadhuu saanyii koo 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉👍👍👍👍👍👍👍👍👍💪💪💪💪💪💪💪
@abekokeyoutube7511
@abekokeyoutube7511 2 ай бұрын
hojii bareedaa jabaadhu bro koo👌👌👌🎶🎶🎶🎶🎧🎧🎧
@wallokamisee5709
@wallokamisee5709 2 ай бұрын
Dhugaa bayyee bareeda jabaadhu bro we love you Magalaa Dadar irra ❤️
@uaruae7558
@uaruae7558 2 ай бұрын
Wow Abdiikoo❤❤
@marthionakebite1589
@marthionakebite1589 2 ай бұрын
Jabaadhu, jalqabbii gaariidha!
@Walabumma178
@Walabumma178 2 ай бұрын
Form oromo i love you oromo music ❤❤
@AbdulrahmaanJabbo
@AbdulrahmaanJabbo 2 ай бұрын
hojii GAARII abdi
@user-rd2yy5ff2y
@user-rd2yy5ff2y 2 ай бұрын
Great kush culture music
@user-sd9py7kz1y
@user-sd9py7kz1y 2 ай бұрын
Amazing music
@hakimaaman4926
@hakimaaman4926 2 ай бұрын
Abdii obbolleessa kiyyaa goota koo
@urjiilolaa613
@urjiilolaa613 2 ай бұрын
Wow hojii hedduu bareedaadha
@ma2jallaatasabaa506
@ma2jallaatasabaa506 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤hedduu bareedadha
@FuraGalgaluGalchu
@FuraGalgaluGalchu 2 ай бұрын
Abdi hojii bonsaa
@user-lw1fg5uu8e
@user-lw1fg5uu8e 2 ай бұрын
Bayee bayee bareda jabdhu koo abdii kooo
@muhamedsafi7325
@muhamedsafi7325 2 ай бұрын
Oromoo music🎶📡💤📡🎵📡🛩🛩🛩
@romanticmovierecap452
@romanticmovierecap452 2 ай бұрын
Wooow abdi ...❤❤❤
@temamaman4750
@temamaman4750 2 ай бұрын
Very good music which expresses his nation!!!
@AbdiAli-xg1op
@AbdiAli-xg1op 2 ай бұрын
Abdii sanyii dhiiraa bayyee nuti tole jira nuuf jiradhuu amaalee please oromoo like hin hafaa set by Bunii Aliyyii
@GadisaGalana
@GadisaGalana Ай бұрын
Bayyee namaati tolaa jabadhuu jabaa namaa
@MartinMarr-qt5wn
@MartinMarr-qt5wn 2 ай бұрын
Big respect bro ❤❤❤
@firomsanhabtamu4363
@firomsanhabtamu4363 2 ай бұрын
Abdi nama koo welcome Hojii gaaridha bro jabeessi humna immoo itti godhi kana caalaa keep it up
@ademmohammed8135
@ademmohammed8135 2 ай бұрын
Hojiin bareedaa gentle man
@eliasDnapier
@eliasDnapier 2 ай бұрын
Wow jabaa Nama nuu jiraadhu!!!
@user-mg3of6bg1m
@user-mg3of6bg1m 2 ай бұрын
Lenchaaa dacheen oromiyaa biqilchitee❤❤❤❤💪💪💪💪💪💪💪
@user-ph6bn4kd8q
@user-ph6bn4kd8q 2 ай бұрын
Wowww❤❤❤❤❤❤
@user-kb9cu7ed3o
@user-kb9cu7ed3o 2 ай бұрын
Ajahibaa rabbii ijjoo dubbii sabaaf fulduraa.....
new ethiopian cover collection(non stop)
1:30:10
ALENGA TUBE /አለንጋ ቲዩብ
Рет қаралды 806 М.
路飞被小孩吓到了#海贼王#路飞
00:41
路飞与唐舞桐
Рет қаралды 75 МЛН
Хотите поиграть в такую?😄
00:16
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 3,4 МЛН
Playing hide and seek with my dog 🐶
00:25
Zach King
Рет қаралды 25 МЛН
Does size matter? BEACH EDITION
00:32
Mini Katana
Рет қаралды 19 МЛН
New Gospel Sidaamic Songs@ Singer Asiter Tunsisa
7:18
HD Films Production
Рет қаралды 400
Kenbon Imran (Abbaashitto) Sukkaaree- (Official Video)
5:03
Vision Entertainment
Рет қаралды 206 М.
Hir-koo - kutaa 49ffaa
34:18
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 256 М.
Jagama Tadele_Sirbitu Sirbi_New Ethiopian Oromo music (Video Official 2022)
6:03
SANDABO ENTERTAINMENT
Рет қаралды 475 М.
القطة الشجاعة 😭😭🐱 #shorts
0:35
7amoda Gaming
Рет қаралды 22 МЛН
Зловив цю істоту в себе на городі
0:26
РІКАРДО
Рет қаралды 1,7 МЛН
Нажимай выше ☝️☝️☝️ #а4 #глент #риви #viral
0:25
Как меняются люди
Рет қаралды 1,5 МЛН
Mafia Boy Gets Revenge 🖤
0:38
Alan Chikin Chow
Рет қаралды 23 МЛН