"NAMOONNII BAAYYEEN NA ARRABSU" KUTAA 2FFAA ERGA. TAAMMIRAT TAARREEQENY WALIIN.

  Рет қаралды 24,969

MO'AA TV

MO'AA TV

4 жыл бұрын

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE"NAMOONNII BAAYYEEN NA ARRABSU" KUTAA 2FFAA ERGA. TAAMMIRAT TAARREEQENY WALIIN.

Пікірлер: 91
@emirumulatu211
@emirumulatu211 3 жыл бұрын
Hafuura qajeelummaafi gad of qabuu si keessa jiruuf Waaqayyoon nan galateeffadha! Gooftaan bara kee haa eebisu! Waa hedduu sirraa baradheen jira, nama Waaqayyoo!!!!!!!!!!!!!
@gedamegersa5066
@gedamegersa5066 2 жыл бұрын
Wow
@ebisafirdisa8448
@ebisafirdisa8448 4 жыл бұрын
Hojiin Waaqayyoo siif siin hojjete ajaa'ibadha ati eebbifamaadha, ammayyuu fuuldureenkeen ifaadha, Waaqayyoo milkaa'inakee itti ni fufsiisa jabaadhu...
@aregashderessa2144
@aregashderessa2144 4 жыл бұрын
It is a blessing to hear from a man of God Apostle Tamirat Tarekenyi. Very touching interview.
@bekamtitube
@bekamtitube 3 жыл бұрын
CJ is christian channel i most follow
@keyadhaile4320
@keyadhaile4320 3 жыл бұрын
Wow ebbifamaa
@user-wj7vc3kn8w
@user-wj7vc3kn8w 4 жыл бұрын
Ameeeen Ameeeen Ameeeen ebifama dacha waqayyoo baraf jirenya kessani ha ebisuu Ameeeen😍😍😍😍😍😍🙏🙏🙏
@gemechukebede5479
@gemechukebede5479 4 жыл бұрын
Baay'ee si jaallanna Appostil, Gooftaan si wajjin jirra jabaadhu. Woowu, yeroo amaariffaan tajaajiltu waan Afaan Oromoo beektu hinfakkaattu.
@martisanwakuma7618
@martisanwakuma7618 3 жыл бұрын
Namni kakuu hin du'u hin badu yoomu baga Waaqayyo sigargaare!!
@mucaakakuu1867
@mucaakakuu1867 4 жыл бұрын
Ameen Ameen
@humnikoogooftaayesuuskiris5077
@humnikoogooftaayesuuskiris5077 4 жыл бұрын
Ameeeeeeeen gaariidha waaqayyoon keenyaa uuuuuffffffeeeeeee ilililililili ololi jedhi mooti keenyaa yesuus!!!!🙏🙏🙏📖📚🎼🎸🎷🎧🎤🎻🎺🎹🎶💒🎤🎻🎺
@hanataffa9568
@hanataffa9568 4 жыл бұрын
Galatom MO’AA TV. Isinhordofukotin Bayee gamasa . Yero toko charaa hargadhe Pastor Tamiratn ebifamuf kootin Bayee itti gamadee.
@dassuhambisa1229
@dassuhambisa1229 20 күн бұрын
❤❤❤ Ooh Kana Barumsii
@tesfayegadisa2892
@tesfayegadisa2892 4 жыл бұрын
Thank you Mo'aa tv, This brother is very good man. Continue brother your work
@situunafcaalayesuskomasrat9891
@situunafcaalayesuskomasrat9891 4 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen waqqayoo Dubaata isinif hadabaaluu ebifamaa
@oliimanaqabnna6142
@oliimanaqabnna6142 4 жыл бұрын
Waaqayyoo dachaa dachaa sinaa eebbisu eebbifamaa eebbifamaa
@abdidegemegn5096
@abdidegemegn5096 4 жыл бұрын
apostle tamrat sagantaa afaan oromoodhan sa'aati murtayeef odoo jalqabee gaariidha jedheen yaada ,, moaa tv hojii gaarii hojjacha jirtu itti fufaa
@wasihundegefewakweya7443
@wasihundegefewakweya7443 4 жыл бұрын
I love my apostle
@billwin1866
@billwin1866 4 жыл бұрын
Dhugaa jette ilmi waaqayyo Yesuus biyya lafa addunyaa duha olchuuf dhalate waldaan waaqayyoo Kan naanno ykn biyya tokko fi lama mitii nu eebbifami
@negasegonfa3329
@negasegonfa3329 4 жыл бұрын
Haleluja haleluyaa Ameeeeeeeeeeeen Tabaraku Ebbifama
@jesusislord4747
@jesusislord4747 4 жыл бұрын
Amen! God bless you brother in Jesus
@chaliwegga944
@chaliwegga944 4 жыл бұрын
Hallelujah amen amen goftaan isin ha ebisuu Tame barri jirenyakee hunduu ebbaan haa guutu
@ejetashifera1749
@ejetashifera1749 3 жыл бұрын
Ebbifamiiii
@mesertmelekamu1249
@mesertmelekamu1249 4 жыл бұрын
Ameen gooftaa baraa keessaa haa eebbisu!
@humnikoogooftaayesuuskiris5077
@humnikoogooftaayesuuskiris5077 4 жыл бұрын
Ameeeeeeeen uuuuuffffffeeee eyyee gooftaan xabaqaa keeti haadhoo koo ebbifami bagaa gooftaan wordiyaa siif ta'e adhaan si gahe!!!!!🙏📖
@ebisadesisa3860
@ebisadesisa3860 4 жыл бұрын
ebbiffaamii
@samuelabate2904
@samuelabate2904 4 жыл бұрын
#waqni guddan si walin haa tahu bayyee bayyen si jaladha ati dhugadhan nama waqayyoti God bless u and ur family I LOVE YOU APOSTLE
@teferidiriba3430
@teferidiriba3430 3 жыл бұрын
barii jirenyakee ebbiffama hatahuu
@humnikoogooftaayesuuskiris5077
@humnikoogooftaayesuuskiris5077 4 жыл бұрын
Waaqayyoo ammas dachaa siin haa ebbisuu Ebbifama!!!!!📖📚💒🎤
@user-zv1yb4nb2x
@user-zv1yb4nb2x 4 жыл бұрын
Ameen waqayoo barakee has ebisuu
@adugnatilahun38
@adugnatilahun38 4 жыл бұрын
Amen amen gofatan baraa keessan haebssu😍😍💖💗❤💕
@muhammeduaq423
@muhammeduaq423 3 жыл бұрын
Uuuuu fffffff bayee sialana Abbasotile nama waqayyo bari fi jerenyi kee yaa ebifamu Ameeeeeeeen
@biretube5829
@biretube5829 4 жыл бұрын
Ameen waaqayyoo baraa tajaajilaa keesanii gudaa godhee Aheebisuu hammalee kabajamaa nama goftaa
@bshshshhdhshhhs7911
@bshshshhdhshhhs7911 4 жыл бұрын
Ameen ebbifama
@sabboontuuoromoo182
@sabboontuuoromoo182 4 жыл бұрын
Eebbifamaa
@galatanugusa7500
@galatanugusa7500 4 жыл бұрын
REALLY GOD DEFEND FOR US BLESS YOU LOVELY MAN OF GOD!
@asadxxassess721
@asadxxassess721 4 жыл бұрын
Ebbifama nama waqaayyoo gooftaan dachan sin haa ebbisuu ebbifama
@fikiruabdisa7162
@fikiruabdisa7162 4 жыл бұрын
Waaqayyo sihaa Eebbisu
@burtukanapp4067
@burtukanapp4067 4 жыл бұрын
Waqaayyoo Bara jireenyaa keessan ha Eebbisuu
@chaltu.tube.4538
@chaltu.tube.4538 4 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeeeen. Ameeeeeeeeeen. Waaqayyoo. Gooftaan. Bara fi. Jirenyaa keessaa haa. Ebbisuu. 🙏🙏
@user-pd9ye8gr2y
@user-pd9ye8gr2y 4 жыл бұрын
Ameeeeennnnn ebifamaaa
@hirkoabera7112
@hirkoabera7112 4 жыл бұрын
God bless you! Apostle Tame I love you so much! Amazing interview!
@asteraster3252
@asteraster3252 4 жыл бұрын
Good message god bless you more
@humnikoogooftaayesuuskiris5077
@humnikoogooftaayesuuskiris5077 4 жыл бұрын
Haleeluyyaaaaaaaaa ameeeen uuuuulfaaadhuuuuuuuu!!!!!!!!!!!
@haran1234
@haran1234 4 жыл бұрын
Stay blessed MOA n man of GOD Tame!
@sanyiiisajiraataalivingsee5192
@sanyiiisajiraataalivingsee5192 3 жыл бұрын
waan baradheem.innis isa nama waamee waaqayyoon qofa dhaga'uu
@birkewakuma2750
@birkewakuma2750 4 жыл бұрын
Ebbifamaaa 💓💓💓💓
@xtraxtra9099
@xtraxtra9099 4 жыл бұрын
Ammmmen Waaqayyoo sinaa eebisu
@abdissamengesha876
@abdissamengesha876 4 жыл бұрын
Appreciate both! God bless you for this in depth questions and responses. Gentle men, stay blessed.
@imanekumaleephisamucaakaku5780
@imanekumaleephisamucaakaku5780 4 жыл бұрын
si Waaqefana gara qul'adhan haleluya
@wallaggaatubetube7652
@wallaggaatubetube7652 4 жыл бұрын
Woooowww eebbifamaa dachaa
@sefenregasa8000
@sefenregasa8000 4 жыл бұрын
wow wow 😍😍😍😍😍😍😍
@ebisadesisa3860
@ebisadesisa3860 4 жыл бұрын
u are honarabble...tamrat god bless u
@letaguta5296
@letaguta5296 2 жыл бұрын
Ebbifamaa nama waaqayyoo
@sabboontuuoromoo182
@sabboontuuoromoo182 4 жыл бұрын
Mo'aa tv waaqayyo isin haa eebbisu
@firaolkitesa3537
@firaolkitesa3537 4 жыл бұрын
You are perfect by Afan Oromo Apostle. So, we are waiting your program by this language. GOD BLESS YOU ABUNDANTLY!
@bashanataso3130
@bashanataso3130 4 жыл бұрын
Ergaa fi barumsa Guddaadha. Galatoomaa waaqayyo isin haa eebbisu !!!
@rahelebba7734
@rahelebba7734 4 жыл бұрын
God bless you
@humnikoogooftaayesuuskiris5077
@humnikoogooftaayesuuskiris5077 4 жыл бұрын
Ebbifama maatii mo'aa hundumti keessan maqaa gooftaan!!!!!!!!!❤❤❤❤😍😍😍😍😍📖💒
@ganetmucaaiyesusiyesus3909
@ganetmucaaiyesusiyesus3909 4 жыл бұрын
Ebifamaa dacha dacha
@mercymercy1728
@mercymercy1728 4 жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️
@imanekumaleephisamucaakaku5780
@imanekumaleephisamucaakaku5780 4 жыл бұрын
👏👏👏👏👏💒
@user-pd9ye8gr2y
@user-pd9ye8gr2y 4 жыл бұрын
Maaloo bilibilaa namaa waqayyoo kanaa naaf kenaa rakkinaa baaye keessa jiraa naa gargara kadhataan.😢😢
@mizanuamenu511
@mizanuamenu511 4 жыл бұрын
Galatoomaa
@tesfayefikadu7058
@tesfayefikadu7058 4 жыл бұрын
So in love response and wisdomful , Thank you
@habtamukelbesa
@habtamukelbesa 3 жыл бұрын
Please,Apostle,Try to designate program's In Afan Oromo &Other languages of Ethiopia!
@habtamukelbesa
@habtamukelbesa 3 жыл бұрын
Disseminate
@cmm868
@cmm868 4 жыл бұрын
Ergamaa Tamraat yeroo dhiyotti Afaan Oromootiinis akka sagalee Waaqayyo TV keessani irratti akka lallabdan isin eegna.
@aayyantuuitalaashawaa6492
@aayyantuuitalaashawaa6492 3 жыл бұрын
Aaameeeeeeeeeeeeeeeen aameeeeeeeeeeeeeeeen aameeeeeeeeeeeeeeeen Eebifamaa Eebifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💯💯💯💯💯✅✅✅✅
@chaladamena9800
@chaladamena9800 4 жыл бұрын
It is an inspiring interview that I heard from apostel Tamirat. May God bless you abundantly.
@miskuumer2099
@miskuumer2099 4 жыл бұрын
Eebbifami nama waaqayyoo
@lindilephoulo132
@lindilephoulo132 4 жыл бұрын
Afuuftu woyi maaliif kijiba namni naa beeku jiratu danda’aa malliif hin jedhu kijibdu baayyeen siittii qaana’ee dhuga waaqayyoo wonti asirratti oddessu hundu kijiba afuuftu!
@derder7030
@derder7030 4 жыл бұрын
Wwwow bayee sirii dha Ishooooooo dachaa eebbifama Saba waqaayyoo
@imanekumaleephisamucaakaku5780
@imanekumaleephisamucaakaku5780 4 жыл бұрын
Waaqayyo gaaridha guyyaa gidiratti
@kenaabdisa598
@kenaabdisa598 4 жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@boonttuu3505
@boonttuu3505 4 жыл бұрын
Nooraa
@boonttuu3505
@boonttuu3505 4 жыл бұрын
Afaan oromoo tv dhaan nuufaa dabarssu
@dinqeebalaachoo5344
@dinqeebalaachoo5344 4 жыл бұрын
Ani akka kanaatti isaa hinbeekuu dhugaa har'a kaasee nama dhugaa ta'u isaa fudhaa dubbi afaan isaa keessa bahu hunda
@almazmossissa7673
@almazmossissa7673 4 жыл бұрын
Barnoota guddaadha CJn dubii wangeelaa dhalootaaf dabarsuun dargagootatti karaa agarsiisaa haloota kanaaf fakkenya gaarii ta'e jira Goftasn inni gatii nama hin hambifsnne isin haa eebisu Eebifamaa Mo'a tv
@imanekumaleephisamucaakaku5780
@imanekumaleephisamucaakaku5780 4 жыл бұрын
Gooftaa haa galatu Baran
@orotube2428
@orotube2428 4 жыл бұрын
Wow, kutaa tokkoffaasaa dhaggeeffadhee lammaffaa eggachaan ture, har'a baayyee natti toleera! ULfaadha, Waaqayyo jireenya keessan haa eebbisu!
@wasihundegefewakweya7443
@wasihundegefewakweya7443 4 жыл бұрын
obboleessa gaazexessan kun nati tolteetta ati rajotas hin jibbituu!!
@bontuutaadee4316
@bontuutaadee4316 4 жыл бұрын
Waqayyoo baraf yeroo kesani haa ebisuu
@meseretgurmessa3351
@meseretgurmessa3351 4 жыл бұрын
Ati nama waqyyo ittin hojetu ani waqqa fuldurt ragadha yero bayye abijudha natajajilte ganama dhuga tae arge jira namichi maqa kee balesu midiyyadhan issatu wqqa fudurti iti gafatama
@demodemo8333
@demodemo8333 4 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeeen.ameeeeeeeen.ameeeeeeeeeeeeen.waqayyo.gutummaa.barakesani.ha.Ebisuu
@shiferawbikila3330
@shiferawbikila3330 4 жыл бұрын
Galatoomi Apostel Tamme itti fufi
@miskuumer2099
@miskuumer2099 4 жыл бұрын
Waaqayyo ammallee ubannaafi oggummaa siiniif haadabalu nama waaqayyoo ati fakkeenya ilmaan namootaati
@boonttuu3505
@boonttuu3505 4 жыл бұрын
Qaxalee goota wangeelaa
@mikiyasmebrate8908
@mikiyasmebrate8908 4 жыл бұрын
ወንጌላዊት ትንሳኤ ደሳለኝ| ትልቅ ተስፋ፣ ትልቅ ጉልበት አሴምብል 6ኪሎ kzfaq.info/get/bejne/mMd1fM9o17Gbe6s.html
@KebebaAlemayehu-qm9sy
@KebebaAlemayehu-qm9sy 10 ай бұрын
Ebbifamaa
How Many Balloons Does It Take To Fly?
00:18
MrBeast
Рет қаралды 171 МЛН
Mama vs Son vs Daddy 😭🤣
00:13
DADDYSON SHOW
Рет қаралды 22 МЛН
Eebba Ganamaa - Luba Qannoo Galaan Waliin/354
18:28
MO'AA TV
Рет қаралды 52
Faar  Ayyaanaa Milkii    Albama 2ffaa 1996
59:24
WAAMICHA QUBEE 2
Рет қаралды 48 М.
ሩታ የእርግዝናውን መልስ ሰጠች.አብርሽ ደስተኛ ሆነ🙈❤️
21:46
How Many Balloons Does It Take To Fly?
00:18
MrBeast
Рет қаралды 171 МЛН