Nan boo’e 🥹 Daa’imaa waggaa 7 karaarra bulee of barsiisaa turee amma mana kiraayii keessa jiraatu!

  Рет қаралды 224,030

Dr Nafyad Getu Official

Dr Nafyad Getu Official

9 ай бұрын

Seenaa guddaa irraa baranne
Qophii Ayyaanaa !
#ethiopianmusic
#oromomusic
#ayyaana
#etika
#irreecha
#africa
#rema

Пікірлер: 1 300
@abdulaziznureddiin5466
@abdulaziznureddiin5466 9 ай бұрын
Gurbaan kun dhumnisaa nama jabaa fi doreesa aka tahu hawwii kooti nitahas insha'allah 😢
@tarikewayumaa2527
@tarikewayumaa2527 9 ай бұрын
Gafaan Dhagefaadhu imimman qabachuun dadhabbe😢😢😢 Dr Nafyad Galatoomi Bayy'ee Si jaalan waaqayyoo Umurii kee nuuf haa Dheerressuu❤
@sinantube-Zwdt
@sinantube-Zwdt 9 ай бұрын
😢😢
@iyasuteshome2429
@iyasuteshome2429 9 ай бұрын
Galaatoomaa
@user-yl2vh1kx4t
@user-yl2vh1kx4t 9 ай бұрын
Gaffii qaba mee d//naafi ✋
@ChalaBona-rm9qr
@ChalaBona-rm9qr 9 ай бұрын
Dr.galatoomi
@Habmaa
@Habmaa 4 ай бұрын
😢😢😢😢😢
@tigist-hm3jt
@tigist-hm3jt 9 ай бұрын
አማርኛ ብትውሩ ሁሉም ሰው ትምርት የሆን በጣም ጣነካረ ልጅ ነው እግዚአብሔር የስድግ❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰ሚስኪን 🥺🥺🥺🥺🥺
@InatuNedi
@InatuNedi 9 ай бұрын
Yaa rabii koo kunii jirenyaa kotii Bayee namaa gadisissaa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😮😢😢😢😢😢😢OMG Anii ilnii Ababa fi hadhaa hin qabuuuuuu😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤uuuuuffff 😮
@botuuwallagga5264
@botuuwallagga5264 9 ай бұрын
Garagararu Barabadaa maloo ijoleee kanaa ❤❤❤
@miserms4091
@miserms4091 9 ай бұрын
Qabenyaa Oromoo Dr Naf Yaad galatoomi ❤ Qaxalewaanko umurii dheraa jiradhaa❤
@user-hs5xk4yd3y
@user-hs5xk4yd3y 9 ай бұрын
Uuuuffff Dr..🙏Ebbifamaa Waaqayyoo siin haa Ebbisuu dhugaa Rabbii baayyee garaa nama nyaata 😭😍😍🙏🙏
@SingitanYesus-nr7fz
@SingitanYesus-nr7fz 9 ай бұрын
Emmii waqqayyoo siha Ebbisuu kan gochuu keetii baay,ee nati dhagamhee dhugaa dubachuuf😭😭😭😭 jabadhu ammayyu inni si ummee singatuu
@nasrumamud5217
@nasrumamud5217 9 ай бұрын
Dhugaa baaye nama gadisiisa Dr. Baaye galatoom ijoollee kaniin biraa akka nuuf dhaabatan gara qaamota birootis nuuf dhiheessi, nuuf jajabeessi galatoom baaye kuni waan Rabbin sirraa jaalatu nuuf dhiheessite ❤❤❤❤🙏 Namoonni akka keeti osoo deemani ijoole taniin bira osoo dhaabatani Jedha.
@JamilaMohamed-ms4mv
@JamilaMohamed-ms4mv 9 ай бұрын
Anii kiraa manaa waggaa tokkoo irraa kamala naa dubbisaa❤❤❤❤
@Waanoroo
@Waanoroo 2 ай бұрын
Baay'ee natti dhaga'ame dhugaa! Yaa biyya lafaa.... I appreciate this interview!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
@hallowiyatube575
@hallowiyatube575 9 ай бұрын
Waayyii Baayyee Garaa Namaa Hamesaa Dhugaa Nin Bo'ee 😢😢Dr Nafiyad Atii Namaa Gudadhaa 🙏 Abdiiyee Raabbii Bakkaa Guddaan Sihaagahu Gudadhuu Mucaa Cimadhaa Borruu Bakkaa guddaa Gessaa Inshaa Allah ❤❤❤
@aliyahusen6970
@aliyahusen6970 9 ай бұрын
Rabbii isaa haa gudisuu. Jabadhuu baradhuu namani baratee lafa hin baduu ❤❤❤❤❤❤
@rosemail1801
@rosemail1801 9 ай бұрын
አንዳዴም በአማርኛ በስራ ጥሩ ነው እኔ በግሌ ከምታሳየዉ ነገር ብቻ ነው አይቼህ ምወጣው ኦሮሞኛ አልችልም ለማወቅ እሞክራለሁ አንድ ቀን ኦሮምኛ አንድ ቀን አማረኛ ቢሆን ጥሩ ነው ብዬ ነው ለአንተም ተከታታይ ይኖርካል በተረፈ ጥሩ ነው አብሶ ከቤተሰብ ጋር ያደረከው በአማርኛ ቢደገም አሪፍ ነው በተረፈ የምሰራው ስራ በጣም ጥሩ ነው በርታ ከዚህ የተሻለ መስራት ትችላለህ አቅም አለህ በርታ😘🙏
@martamekonen7455
@martamekonen7455 9 ай бұрын
የ13 ዓመት ልጅ ነው አባቱ ከሞተ በኋላ ከእናቱ ሌላ ስታገባ ከቤት ከወጣ 7 አመቱ ነው እናቱ ና ብትለውም ካለው ጫና የተነሳ መመለስ አልፈለገም ጎዳና እያደር ማስቴካ ሶፍት እየሸጠ ይማራል ከዛ መሀል ይሄ ልጅ አግኝቶት እያገዘው ይገኛል ደስ እሚለው ምንም አይነት ሱስ የለበትም በጣም በሳልና በጣም የእውቀት ሰው ነው አሁን ቤት ተከራይተውለት ብቻውን እየኖረ ነው
@Mesii-kd3ol
@Mesii-kd3ol 9 ай бұрын
Dhugaa senaa baay'ee garaa namaa nyatuu 😭😭 Dr Ebbifamii waaqayyoo sii haa ebbisuu
@monidejenetech9192
@monidejenetech9192 9 ай бұрын
he is a brilliant, committed, and dedicated child. Dr. God bless you, team cultural dancing organizer you are a hero for all. Emi @#1
@aayyuutube2457
@aayyuutube2457 9 ай бұрын
Naafiikoo big respect i can't 😢maloo nan gargaara esani gargaaruu 😢
@user-ne1fq9ks7u
@user-ne1fq9ks7u 9 ай бұрын
@KennaDerartu-jv8ob
@KennaDerartu-jv8ob 9 ай бұрын
😢😢😢😢😢 Ayyii bayee namaa gadisisaa dhugaa maloo garigaraa adaraa kesani❤❤❤❤❤
@selamademsung5995
@selamademsung5995 9 ай бұрын
ልብ ይስብራል አይዛክ ትልቅ ደርጃ ትደርሳልክ የእኔ ትንሺ ልጅ 😢❤
@yosilove1998
@yosilove1998 9 ай бұрын
He is my hero I learn lot of thing from him big respect ❤❤🙏🙏
@maskitube4495
@maskitube4495 9 ай бұрын
Senaa Garaa nama nyaatu😢😢 Waqayyoo goftaan sin Haa gudisuu❤ Artin ykn shubifnii ijolee kana Akumaa Soraa kiyyati😢😢😭
@hdks432
@hdks432 9 ай бұрын
Rabii biraa Haa jiratuu ishaa Allaaha 😢😢 Bagumaa dhiraa tatee osoo 😢😢😢
@xtrau4148
@xtrau4148 9 ай бұрын
Dr ulfadhuu 😢❤❤❤
@oromtitii
@oromtitii 9 ай бұрын
dhugaa heduu garaa namaa nyaata uufee ilmoon dhiraa Abbadhumaf haadhan tolte turee😢😢😢❤
@rosarosa9032
@rosarosa9032 9 ай бұрын
የት አሌ አካዉንቱ የአቅማችንን እንሪዳዉ ዶክቴር አካዉንቱን አስቀምጥ ኮመንት ላይ 😢😢😢😢
@letibrhanu67
@letibrhanu67 9 ай бұрын
❤❤❤❤Nuu jiraadhu Heemii Namnni mullata qabuu akkakee nuuf haa baayyatu sabaabnni Lafaa kahuu mucaa kanaa goofttaa gaditti sidha,sabaabnni isaas Situu mucaa kana ofitti qabee haalanni keessa jiru keessatti,nuu jiraadhu baayyee SI jaallanna dhugaa.Doktr Atillee nuu jiradhuu Tolee jette mana mucaa kanatti waan hargamtteef❤❤❤❤❤
@user-rs5tt5ls3s
@user-rs5tt5ls3s 9 ай бұрын
WOW!Dr.dhugaadha baayyee sii jaallanna nama jabaa akkasii dawwachuu keef GOD Bless you
@murreestara4196
@murreestara4196 9 ай бұрын
Bayye nama Gaddisisa wlhi Rabbi haalaffisuuf takkalle...
@baliyubaliyu3934
@baliyubaliyu3934 9 ай бұрын
Yaa waaqayyoo Koo ati sabaa Koo yaadadhumee ❤❤❤
@samemersha
@samemersha 9 ай бұрын
ዶ/ር እናመሰግናለን በጣም በቅርብ አቀው ነበር በጣም የሚገርም ልጅ ነው ማረግ ከፈለገ ያረጋል ከ3 አመት ፊት ነበር እዛ የማቀው በስራ ምክንያት እርቄ ነው ። ስላየከው በጣም ደስ ብሎኛል🙏🙏🙏
@MustefaAmano-uc5nh
@MustefaAmano-uc5nh 9 ай бұрын
Dr.Naafyaadi fi AM hedduu galatooma.guyyaa ayyaana kanaan sammuu isaanii bashanansiisuu keessaniif namoonni akka gargaaraniifi yaamicha obbolummaa godhu keessaniif.ijoolleen akka kanaa magaalota Oromiyaa guutuu keessa jiru.kanaaf yaa ilmaan oromoo bakkayyuu jirtan ijoolle akka kanaaf bira haa dhaabannu daandii irraa haa kaafnu kun yaamicha obbolummaati
@hanan.2128
@hanan.2128 9 ай бұрын
WAAQAYYOO ijoollee abbaaf haadha hin qabnef yaa dhabatuu. WAAQAYYOO isaan yaa guddisuu. ❤ gaddiissaa fi abbaa dhugaa kan tahe kiristoos sin waalin yaa tahu. Dr galatoma
@samerajamaal3216
@samerajamaal3216 9 ай бұрын
Rabbii isa haa guddisuu mashallah sammuun gaariin ilaalcha waliqixxummaa maddisiisa
@user-no2wu7kw3v
@user-no2wu7kw3v 9 ай бұрын
Yaa rabbi umrii kanaa akkatii rakkatee rabbuman bakkaa gudaan siin Haa gahuu😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@dammeebalay1304
@dammeebalay1304 9 ай бұрын
Galatommii Dr Anillee mucaa kana biraa dhabaachuu keef Waqaayyo Amayyu isaa gargaaruu hedduu garaa namaa nyaataa uuuffee❤😢😢
@AlexAlex-rd3vv
@AlexAlex-rd3vv 9 ай бұрын
Yeroo dhagefadhuu imimman qabachuu dadhabbe 😢😢 Dr nafyad Galatoomi Bayy'ee si jaalan waqqayyoo umrii Kee nuuf haa dheerressuu
@belayche4050
@belayche4050 9 ай бұрын
DR God Bless you and your family ❤❤❤❤
@genetbilo9808
@genetbilo9808 9 ай бұрын
wow amazing good job ❤
@tgoromia3556
@tgoromia3556 9 ай бұрын
Uuuuffffiiiii hadhoo koo cimaa waqayyoo sii ebissee saa gudisuu senaa kee siraa yaa jijiruu jajabaa ilmaa❤❤❤❤❤
@masigalata7197
@masigalata7197 9 ай бұрын
Waqayyoo senaa nama jijiraa waqayyoo idoo gudaa saa gahuu kichuu koo imiman qabachuu dadhabee yaa Abbaa oso Abban jiratee hatii keetii sii gatee demtuu Abbaan utubadhaa yaa Abbaa koo 😭😭😭😭😭😭😭
@ahlamdebele1384
@ahlamdebele1384 9 ай бұрын
ምርጥ ሰዉ ዶክታር ናፊ ያ ጌቱ ❤❤❤❤
@user-rx9xe5yi5y
@user-rx9xe5yi5y 9 ай бұрын
Galatomii Dr ❤❤❤❤
@bbbbjjjj5979
@bbbbjjjj5979 9 ай бұрын
Uff abe
@bbbbjjjj5979
@bbbbjjjj5979 9 ай бұрын
Dr galaatomi
@madinaintalaxiqii5488
@madinaintalaxiqii5488 9 ай бұрын
❤❤
@solomondawit8866
@solomondawit8866 9 ай бұрын
Proud of you man 👨 Ilma biyyaa 💪💪💪
@destadiriba6150
@destadiriba6150 9 ай бұрын
Waaqayoo si yaa Eebisuu Dr naaf yaadi Guddaa galatoomii 🎉🎉🎉🎉
@zanaboukebede1095
@zanaboukebede1095 9 ай бұрын
Bayyee na bochise😢 garaa na nyate dhugaa dubachuf Bayyeeeen sin galatefadha 🙏❤️❤️💯
@user-tw6ks6fp8e
@user-tw6ks6fp8e 9 ай бұрын
Waaqayyoo si'aa Eebbisuu!❤❤❤❤
@FtFyh-fg7iv
@FtFyh-fg7iv 9 ай бұрын
የኔ ወንድም እኔም በተመሳሳይ ህይወት ውስጥ ነው ያሳለፍኩት ፈጣሪ ይጠብቃችሁ
@Masarattube
@Masarattube 9 ай бұрын
😢😢 wawww qaxallee mucaa nuf guddadhuu waqayyoo sii haa guddissuu 💪💪💪💪💪gotaa jabbaa rakkinaf hin jilbifannee ofirraa darbee biyyaf furmattaa
@user-kw5mr1xx6n
@user-kw5mr1xx6n 9 ай бұрын
Wawu amezing. Doctor god blessing you ❤❤
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 9 ай бұрын
Imimmaan koo qabachu dadhabe waaqa gafuma ilalaan nama marara rabbii 😢😢😢
@fatemakhanam112
@fatemakhanam112 9 ай бұрын
Rabbiin sii haa gudissuu inshaa Allah 👆
@user-yl2vh1kx4t
@user-yl2vh1kx4t 9 ай бұрын
Dhugadhaa bayyee namati tolaa rabbii sii haa ilaaluu obblessaa fayyaa 👍👍👍
@massuuwallagaa8448
@massuuwallagaa8448 9 ай бұрын
dhugaaa waqayoo barafi jirenyakee haa ebisuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤gallatomii
@Siifoon430
@Siifoon430 9 ай бұрын
Akkamiin gargaruu dandenyaa 😢😢
@kadijaa9088
@kadijaa9088 9 ай бұрын
Maashaallah Emii hedduu galatoomii ❤❤❤
@obsinetmalee6182
@obsinetmalee6182 9 ай бұрын
Uuuuuy waqayyoo saa ebbisuu dhugaa qaxalee koo jabadhu
@dbv4216
@dbv4216 9 ай бұрын
Waaqayyoo barra fi jireny kessan haa ebisu ❤❤❤❤❤amazing 👏❤ijoollee kana immoo goftan nuf haa gudisu🎉🎉🎉🎉❤
@Abonesh835
@Abonesh835 9 ай бұрын
Yaa waqaayyoo Atii mucaa kan Gargarii!!!!🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@likkeemekonin8288
@likkeemekonin8288 9 ай бұрын
Waqaayo gooftaan sii haa guddisuu obbolleessa keenyaa ❤
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 9 ай бұрын
❤❤Gaalatomii Docrt atii❤❤
@user-no3mc7ey5h
@user-no3mc7ey5h 9 ай бұрын
Wooww Dr. Immiimmaan qabachuun dadhaabeem. Jiruun koo ani dabarsee fi mucaan kun dabarsee wal natti fakkaatee .waaqayyoon karaa qabaa. Gid bless you.
@masaratmasarat220
@masaratmasarat220 9 ай бұрын
Dhugaa imimaan qabachuu dadhabee yoo dhagefuu goftaan lafaa yaade si ga'a jabadhuu
@D-d415
@D-d415 9 ай бұрын
ኡፍፍፍ አጀቴ ተላወሰ የኔ ውድ እኔ ልንከራተትልህ😢😢😢
@user-ro1bp7uv8j
@user-ro1bp7uv8j 9 ай бұрын
Mashaallaah ❤❤❤❤❤❤🎉
@mmmsss7192
@mmmsss7192 9 ай бұрын
Wow baayy'ee namatii tolaa dhugaa waaqayyoo jabba mucaa waaqayyoo sii'aa gudiisuu boruu kaanii kaana caalutii deemtaa hin Garra darbee gaaruumaadhaafi jabaadhuu 😢❤
@sifani8590
@sifani8590 8 ай бұрын
Uuuuufffff bayye na bochisee Galatomii dr❤️❤️
@kafaneeaebba8773
@kafaneeaebba8773 9 ай бұрын
God bless you our doctor❤🙏
@boonigalatoo3797
@boonigalatoo3797 9 ай бұрын
Rabbii sirraa haa jalaattuu doctor keenna ❤
@mediikiif8452
@mediikiif8452 9 ай бұрын
Dhugaa dachen tun Kani gute kan akkas goti 😭😭😭😊😊 Tnks DC☝️🙏
@lili-fi2cg
@lili-fi2cg 9 ай бұрын
Jechaan ittiin sii ibsuu hin qabuu umuriin kee nuf haa dheraa ❤❤❤❤imimaan qabachuu dadhabee❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@bashat5742
@bashat5742 9 ай бұрын
sorressi yoom bartee bakkaa gahee ?!ijoollen hiyyessa gaaru❤guddadhu ammille bakkaa gaarii waqqayyo siin haa gaahu 🎉dhiraa jechuun akkaan🎉
@arsiitoo7120
@arsiitoo7120 9 ай бұрын
😂😂😂😂😂😅
@Fafirruu
@Fafirruu 9 ай бұрын
Rabbiin sihaa guddisuu bakkaan sihaa gahuu hadhookoo❤ Dr galaatoomi
@user-ip8kj7oj5c
@user-ip8kj7oj5c 9 ай бұрын
Great work you are supper hero for oromo people my dear .i have a big respect for you really nafi
@user-bv3we7tz4n
@user-bv3we7tz4n 9 ай бұрын
Waqqayyoo gooftan sin yaa yaadatuu Ebbiiffammaa❤❤❤❤❤❤❤❤
@GenetBatiry-cm9dg
@GenetBatiry-cm9dg 9 ай бұрын
ወይኔ ሆዴ ተንሰፈሰፈ 😢😢😢😢😢😢ፈጣሪ ሆይ ለብቻቸው የምኖሩት ህፃናትን ይርዳልን🙏🙏🙏
@user-ub8gw6pr1k
@user-ub8gw6pr1k 9 ай бұрын
Wowowo wowowo 👍
@amineam3568
@amineam3568 9 ай бұрын
ያረቢየቤተሰብመለያየት ስቃይ😢😢😢
@obsaderessa9014
@obsaderessa9014 9 ай бұрын
Bayessa seena ajahibbatti. Amoo Atis seena hojetta jirta jabadhuu
@sisiolika3058
@sisiolika3058 9 ай бұрын
Mashalaaa❤❤❤❤❤❤❤
@Laliitube-wp3um
@Laliitube-wp3um 9 ай бұрын
Hedduu Galatomii dr Imimaan qabachuu dadhabe dhuga da'imtii amaa kanaa Haadha fi abbaa wajiin oso jiratee iraa tola ture Caraan kun waan namaan gonen qabduu😢😢😢😢
@SeenaaArsii
@SeenaaArsii 9 ай бұрын
Ana Nyatuu waqayyoo seennaa kee haa jijiruu jabadhuu ❤❤❤❤❤🤲
@birtukandereje
@birtukandereje 9 ай бұрын
❤❤ Galatooma dhugaa 😢❤❤❤❤ Dr nafi and amikoo❤❤
@zenabsharif6965
@zenabsharif6965 9 ай бұрын
Maashaallaaa 😢😢😢😢❤
@user-rm7ej8mx8s
@user-rm7ej8mx8s 9 ай бұрын
Wowww waqayo siihaa gudisuu gudadhuu idoo gudaa akka gesuu hawii kotii waa bayee siraa baredhee❤❤
@shimellisgudeta2333
@shimellisgudeta2333 7 ай бұрын
Naafyaad keessaan na qunnami ykn akkaataan ittiin si qunnamu daandii naaf bani thank you 🙏
@riyadhbest8056
@riyadhbest8056 9 ай бұрын
Rabbii bakkan isaa haa gahu inshallaah
@msirajamal4515
@msirajamal4515 9 ай бұрын
❤and ❤❤❤❤❤❤❤❤mashalla
@ayanoboresa-jq7kp
@ayanoboresa-jq7kp 9 ай бұрын
Qaxalle keenya nuuf jiraadhu Waqayyoon umurii dheeraa siifa keenu !! Keep it up
@gemetbulti319
@gemetbulti319 9 ай бұрын
Dr. Nafyad hojii bareeda eegalte kana jabeessi itti fufi jabaadhu guddaa galatoomi
@kenenisabekana6147
@kenenisabekana6147 9 ай бұрын
Wow oromoo Koo 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@madinaaahmed6736
@madinaaahmed6736 9 ай бұрын
Rabbin siin haa gudisu kichuwan koo❤❤❤
@riyadhbest8056
@riyadhbest8056 9 ай бұрын
ዶክተር እጅግ በጣም እናመሠግናለን💕🙏💕❤❤❤❤❤❤❤❤ Thanks doctor 💕🙏💕👍👍👍
@sumayaabintiiislam7423
@sumayaabintiiislam7423 9 ай бұрын
Galatoomaa namoonii ijoollee kana biraa dhabataan asii bastaan ❤😢 rabbiin guddisee galmaan sihaa gahuu umurii kanatii bayyee ulfataa 😭😭
@user-ii7ur4ec4f
@user-ii7ur4ec4f 9 ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢የምለውጠፋኝ በእባ ነውየጨረስኩት❤❤❤❤❤
@lensa3719
@lensa3719 9 ай бұрын
Very good job 👍👍👍👍❤❤😂
@bireeyoutobe3780
@bireeyoutobe3780 9 ай бұрын
Anii dhugaa waqaa immimman qabachuun dadhaabee Dr Nafyad waqayyoo Umurii kee ha dheeressuu obboleessa keenya Ebbifaami ❤❤😢😢♥
@user-or4fw9pe4c
@user-or4fw9pe4c 9 ай бұрын
Da'imaa cimaa wallh rabbin bakkani sii haa gahuu uuuffff😢😢😢😢😢
@madenamadena1704
@madenamadena1704 9 ай бұрын
ሱበሀን አላህ በጣም ያሳዝናል በዚ ልጅነት እየን ሁሉ ነገር ማየት በጣም ይከብዳል ጥንካሬዉን ሳላደንቅ አላልፍም ማሻ አላህ ጎዳና ላይ ሁኖ ለትምህርት ያለዉ ቦታ ነገ ትልቅ ደረጃ ይደርሳል አካዉንቱን አስቀምጡ
@abush1305
@abush1305 9 ай бұрын
Big respect Doctor
@biroteshome7748
@biroteshome7748 9 ай бұрын
Anaan bareedu koo jabaadhu kaayyoon kee guddaadha Dr naf yad🙏 🙏 🙏 🙏 🙏
@tsigeniguse1988
@tsigeniguse1988 9 ай бұрын
uuuuuffff Yaa waqayyoo koo raabiin sihaa gudisuu obbolesaa koo 😭😭😭😭😭😭😭😭❤️❤️❤️❤️❤️
@madinaintalaxiqii5488
@madinaintalaxiqii5488 9 ай бұрын
My hero❤❤❤❤❤galatommi 😢😢😢❤❤❤
@HUNDEGaadisee
@HUNDEGaadisee 9 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@ayenewtameru3808
@ayenewtameru3808 9 ай бұрын
😭😭😭😭😭🙏🙏🙏
@KenbonKebe.A
@KenbonKebe.A 9 ай бұрын
Galatoomi dhugaa
@madinaintalaxiqii5488
@madinaintalaxiqii5488 9 ай бұрын
@@KenbonKebe.A ulfadhuu
@GemedaDuressa-vf3ju
@GemedaDuressa-vf3ju 9 ай бұрын
Galatoomi lammiikoo Dr naafyaadi
@tigstbaqual5786
@tigstbaqual5786 9 ай бұрын
የኔ ውድ ልጅ ፈጣር ያሰድግ አይዞህን
@tsehytsehy4824
@tsehytsehy4824 9 ай бұрын
Dhugumatti waaqayyoon sin ha eebbisu Dr keenya💓
@aberashyemane3329
@aberashyemane3329 9 ай бұрын
Waqayyoo iddoo gudhan sin Haa gargaruu 🎉🎉❤❤ Dr nufi jaradhuu atilee ame heduu galatommii
Yeroo Jaalalaa, Jaalala waggoota 39'f dabaadhuma dhufe.
20:37
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 47 М.
Василиса наняла личного массажиста 😂 #shorts
00:22
Денис Кукояка
Рет қаралды 10 МЛН
孩子多的烦恼?#火影忍者 #家庭 #佐助
00:31
火影忍者一家
Рет қаралды 44 МЛН
🌊Насколько Глубокий Океан ? #shorts
00:42
Haacaaluu waliin firummaa qabduu?  Faar. Solomoon Alamuu
28:58
Qaanqee Show
Рет қаралды 79 М.
Sagantaa guyyaa ayyaana fi af-gaaffii Maatii Faarfataa Solomoon Alemuu waliin
1:22:28
Dr Naafyad Geetuu Maaliif Boo'e?? Gammadaa Show Episode 6 2023
34:02
Yeroo kolfaafi bashannanaa maatiikoo waliin | ittiin Bohaaraa
12:02
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 78 М.
ForX : Kaayroo Seente...!
55:49
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 39 М.
Yeroo Jaalalaa
25:56
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 209 М.
Василиса наняла личного массажиста 😂 #shorts
00:22
Денис Кукояка
Рет қаралды 10 МЛН