"Nan Carroome" Solomon Alemu Amazing Afaan Oromoo Live Worship @ Ifa Fayina TV Official

  Рет қаралды 205,093

Ifa Fayina TV Official

Ifa Fayina TV Official

2 жыл бұрын

Warri Gara KZfaq Channel keenya dhuftan Subscribe godhuu hin dagatiinaa.
Toora Facebook keenya : TV Ifa Fayyinaa
Toora Telegram keenya : @IfaFayinatvchannel
Toora Tweeter Keenya : @ifafayina

Пікірлер: 193
@amansissaabebe4280
@amansissaabebe4280 2 жыл бұрын
solomon gooftan iyesus siya ebbissuu ayyanissa siif haa baayatu
@TheKitessa
@TheKitessa 2 жыл бұрын
Mucaan kuni nama waaqni dibee kaasedha. Jabeeffamuu qaba. Dibata jabaatu irra Jira
@dirrootube8443
@dirrootube8443 2 жыл бұрын
Ameen Ameen ebbifami jecha adaraakee Amala faarfatoota bara kana irran baratin akkuma yeroo jalqaba sanati itti fufi
@hkkoqabiyesus3238
@hkkoqabiyesus3238 2 жыл бұрын
Nana carroomee dhugaadha haalallaeeeeeluyyyaaa si argachuukootii goftaakoo baggaan kankee ta,ee karaakeen carroomee ameeeeeen Ameeeeeen
@beliseialise
@beliseialise Жыл бұрын
Ameen ameen ameen ameen dhugadha warriors isaa amanane hin carotene dhugadha salmon ebifamii
@asrtAsrt-pi8xb
@asrtAsrt-pi8xb 2 ай бұрын
Ameeeeeen ameeeeeen waqayyoo sii haa ebbisuu dhugaadha
@hawwiikennaalove5724
@hawwiikennaalove5724 2 жыл бұрын
Ebbiifaami Ebbiifaamii Ebbifaama Mucaa Waqaayyoo Ammaayyuu Ayyanasaa dachaa dachaan Siif haa bayiisuu Waqaayyoo
@hiwotmohammed3444
@hiwotmohammed3444 2 жыл бұрын
wow this is the real worship of king David that anger milko DEAR SOL NO WORD CAN EXPLANE ...
@shsudje4300
@shsudje4300 2 жыл бұрын
Uuuuuuffff waqayyoo goofitaan baraa jireenyaa kee dachaa godhaa haa ebisuu nama dibataa Ebbifamii
@DaaratuuDado
@DaaratuuDado 4 ай бұрын
Amenee Amenee Ebbifamii Ebbifamii Ebbifamii hadhoo Koo ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@nebiyatderseh1179
@nebiyatderseh1179 2 жыл бұрын
Oh my beloved brother glory upon you 🔥🔥🔥 keep the fire 🔥 I don’t understand Oromfi but I feel the presence of the Holy sprit
@missertne4323
@missertne4323 2 жыл бұрын
Uuuufeeee Ameeeen Ameeeeeen Eebbifama📖📖📖📖😍😍🥰🥰🙏🙏🙏
@miressamitiku6936
@miressamitiku6936 2 жыл бұрын
Waaqayyoo si haa eebbisu F/taa Sool Keenyaa
@lalettesams6831
@lalettesams6831 2 жыл бұрын
Ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen eebbifamii eebbifamii dacha dacha
@alawalawalaw3943
@alawalawalaw3943 Жыл бұрын
Ameeeeeeen ameeeeeeeen ameeeeeen ameeeeeeen ameeeeeeen ameeeeeen God bless you aleeluuyyaa ebbifamii solo koo
@getinettafesetucho7999
@getinettafesetucho7999 Жыл бұрын
Eebbifami, maaloo kana irra deddeebi'iitii faarfadhu lafuma geessetti Sol.
@abaruuabebee9916
@abaruuabebee9916 Жыл бұрын
Ameeen Ameen ameeen ameeen ameeen ameeen
@ganetshelame7196
@ganetshelame7196 Жыл бұрын
Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen ebbifamii sole 💯💯♥️♥️
@musratmusratt3279
@musratmusratt3279 Жыл бұрын
Ammmeen ammmeen erbbiiffamma ammalle farffaanna kee hin dhuummi waqqayyoo erbba farffanna siiffi yaa dabballuu ammeen yesus alalluyyaa👈🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@tsehayatomsa5913
@tsehayatomsa5913 Жыл бұрын
Amennnnnnnnn 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏yesusskoo uullfaadhu baaraabaaraanii 🙏🙏 yesusskoo
@ShitoFitumu
@ShitoFitumu 16 күн бұрын
Ebbifami ayyanni kun sirrati haahafuu
@gbmediake
@gbmediake 2 жыл бұрын
I won't be tired to listen to this amazing worship be blessed soloooooo😍😍😍
@bikochannel7736
@bikochannel7736 2 жыл бұрын
"Nan Carroome" anis haleelluuyyaaa ameeeeeeeeeeeeen
@bontuuqananiibantuuqananii2548
@bontuuqananiibantuuqananii2548 2 жыл бұрын
Goftan goftotaaa kanumaan calatii ayyanaa addaaaaa sif jaa dabaluuuuu
@yesuusabdiikootii.811
@yesuusabdiikootii.811 2 жыл бұрын
Ameen ameen eebbiifamii. Dhugaadha nuti warri wamamne ni carroomne inni akka carra kana qoddannuf waamicha nuf tasise yesuus kiristoos baruma baraan teessoo isaarratti ulfina guddaa haa argatu 🙏🙏🙏🙏❤❤❤
@tsitta...g
@tsitta...g Жыл бұрын
Oromenga tenagari ayedelehum gn des yelal oromenga lememar eyetareku geta yebarkh geletommi ye zer ke quanqua yetewajen nen ande nen geta yebarkachehu
@kiseetamena2804
@kiseetamena2804 Жыл бұрын
Ebifaamii barakee Haa Ebiisuu Waqayoo
@berhanuabera7021
@berhanuabera7021 2 жыл бұрын
Ebbifammii sola koo bayeen si jaladhaa
@masii4633
@masii4633 2 жыл бұрын
Ameeen 🙏🤲🤲🙏🤲🤲 Ameeen ayyaani waqayyoo siifhaa baayatu mucaa waqayyoo ibifami
@darartutafu2968
@darartutafu2968 2 жыл бұрын
Eebifami mucaa kaakuu amen amen
@shewetesheti1506
@shewetesheti1506 2 жыл бұрын
Baaye,kan,Laaphenama,xuqudha,,dhaageefadhe,quufun,dadhabe,amaman,dhagefadha,baaye,ittieebifame,Waaqayyoo,inni,siiulffese,haaulfatu,Aameen aameen Aameen,👏👏👏👏👏👏☝️☝️☝️☝️☝️📖📖☝️📖🎤🎤🎤🎧🎧🤲🤲🤲🤲💝💝💝💝🤝🤝🙏🙏🙏🙏🙏
@mamitugeleta3752
@mamitugeleta3752 2 жыл бұрын
AMEN AMEN AMEN elelelelelelelel Hallelujah Hallelujah Hallelujah elelelelelelelel Hallelujah Hallelujah! Waaqayyo gooftaan maccaa bara kee haa eebbisu eebifami Sole!
@ababechyohannis9854
@ababechyohannis9854 2 жыл бұрын
Ameen Ebbifami dachaa Soliikoo
@gadisefikadu1098
@gadisefikadu1098 2 жыл бұрын
Uuuufffeee waaqayoo goftaan baraf jirenyaa kee haa Eebbisuu Eebbifamii jabadhuu jaba keenyaa ❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰
@kayoalemu9176
@kayoalemu9176 2 жыл бұрын
Abeet yaa ayyana Waaqayyoo Ayyaanni Waaqayyo dachaa siif haa baayatu
@forfoforkakuuyesus7223
@forfoforkakuuyesus7223 Жыл бұрын
Ayyanasa sif haabaysuu Waqayyo
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuffffeeeee ulfinni isaa kan wqy haa ta'uu,eebbifamiiiiii Soliyyeeeee
@lelultibebu9588
@lelultibebu9588 Жыл бұрын
እግዚአብሔር ፀጋ ያብዛልህ የእኔ ወንድም ከዚህ አለም ከለው ከውሻዎች ተጠበቅ እግዚአብሔር ከአንተ ጋር ነው ።
@unikh9837
@unikh9837 2 жыл бұрын
Ameeeen ameeee Eebbifamii waqayyoo baraf jirenyaa kee haa ebbisuu ebbifamii mucaa kakuu
@koketabdisa1717
@koketabdisa1717 2 жыл бұрын
AMEN AMEN AMEN ! Waaqayyo gooftaan maccaa bara kee haa eebbisu eebifami Sole!
@giiddituuhundeessaa4414
@giiddituuhundeessaa4414 Жыл бұрын
Aemmmm aemmmm aemmmm Ebifaamaà Ebifaamaa Ebifaamaà
@feyisaararsa9984
@feyisaararsa9984 Жыл бұрын
ayyannisaa ammas si irraa haa ifuu
@user-yj8of3qc4p
@user-yj8of3qc4p 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeenn Ameeeeeeeenn 🤲🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa hundumttuu gooftaan ☝️ isin haa eebbisuu eeebbifamaa
@hailumerga2434
@hailumerga2434 Жыл бұрын
Anis nan carroome! May God bless you Solomon!
@shamma9955
@shamma9955 2 жыл бұрын
Ebbifamii
@mimimidkesa6871
@mimimidkesa6871 Жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😍😍😍ebifamii nanni caromer
@tamanechluqas6682
@tamanechluqas6682 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭abako galani sif hata uu nan carome eyen iyesuseko
@msrataa2053
@msrataa2053 Жыл бұрын
Waqaayyoo sifi Eebbifaamaa
@ShitoFitumu
@ShitoFitumu 16 күн бұрын
Ebbifami ayyanni kun sirrati haahafuu 9:45
@almasgutama5535
@almasgutama5535 2 жыл бұрын
Soli nuebifamii dachanii sitarobsuu waqyoo abankoo debataa dawetii dachalamanii so amazing ebifamii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@kennaazawude4534
@kennaazawude4534 2 жыл бұрын
Eebbifami mucaa kakuu ayyaanni waaqayyoo dachaa siif haa baayatuu
@dinkadinka3151
@dinkadinka3151 2 жыл бұрын
Ebbifamii guddaa ayyanni siif haa dabalamuu 🙏🙏♥️♥️
@chaltuebiyo417
@chaltuebiyo417 2 жыл бұрын
Ameeen Ameeen Ameeen ebbifamii ebbifamii ebbifamii mucaa kakuu❤️🙏
@mekidisalemu6354
@mekidisalemu6354 Жыл бұрын
God Bless you my little brother, Amen
@dinqiturafisa4184
@dinqiturafisa4184 2 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen uuuufffeeee ililililililililililiililililililili haaleluyyaa ebbifamii mucaa kakuu waaqayyoo saa ebbisuu dachaa dachaan🙏🙏🙏🙏🙏👏👏👏👏❣❣❣❣❣❣❣❣
@jamilajamila5388
@jamilajamila5388 2 жыл бұрын
Ameeen ameeen ameen ebifamii mucaa kakuu
@waqayoofurmatahundaatii167
@waqayoofurmatahundaatii167 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuufffffffffffeee Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen ebifamii ebifamii ebifamii ebifamii solii mucaa kaakuu sinboo qabeessaa Koo🙏🙏🙏
@mimimidkesa6871
@mimimidkesa6871 Жыл бұрын
Amen Ebifamii solli
@ShitoFitumu
@ShitoFitumu 16 күн бұрын
Ammeen ameen ebbifami
@baraqodarara
@baraqodarara 2 жыл бұрын
Wooooooo Yesoooo 🙌 Ebifam soloko❤️
@diribaamsalu350
@diribaamsalu350 2 жыл бұрын
Eebbifamaa Keenya!
@meseretalemu1693
@meseretalemu1693 2 жыл бұрын
Waqayoo sii haa ebisuu solii ayaanni Waqayoo kana calaa sif haa bayatuu dhugaa
@helenmengistu8852
@helenmengistu8852 2 жыл бұрын
Sol ebbifamtetaa ammale dacha dachadhaan ebbifami
@waqayyoolchadhaan9209
@waqayyoolchadhaan9209 2 жыл бұрын
Wawwwuuuu Waqayyoo Sii haa ebisuu Ebfamii
@shibire7870
@shibire7870 2 жыл бұрын
amazing god bless you solo 💯💯💯💯💯🔥🔥🔥🔥🔥❤❤❤❤❤❤
@jesusisspecialtvchannelsam1881
@jesusisspecialtvchannelsam1881 2 жыл бұрын
Eebbifaami muca gooftaa
@meri5892
@meri5892 2 жыл бұрын
amen god bless you
@maasiitube3782
@maasiitube3782 2 жыл бұрын
uuuuuuuuuuff 😭😭😭 Eebbiifaamii Hadhoo koooooooo dachaa guddadhuu xaberki bareedduu koooooo Naaf jiraadhuuuuu
@ganetshelame7196
@ganetshelame7196 7 ай бұрын
God bless you my ♥️bro 🙏🙏 Sol koo❤
@tsehayatomsa5913
@tsehayatomsa5913 Жыл бұрын
It’s amazing worship May Lord Jesus Christ blessed 🙏🥰🥰🥰u more n more , the way u glorify God it’s awesome 👏👏👏👏👏
@ayeshasabah1093
@ayeshasabah1093 Жыл бұрын
Ebifamii solekoo
@hirpashitolesa5729
@hirpashitolesa5729 Жыл бұрын
Fullaa'i hin qabamin sirraa hingaliin hafuurichi hanga barajiraattutti
@biftuubiftuuiluuiluueee3021
@biftuubiftuuiluuiluueee3021 2 жыл бұрын
Uuuuuuuu fffffffff Ameeen Ameeen Ameeeen ebbifamii mucaa Dibataa soliiikooo💗💗💗💗💗💗💗🤲🤲🤲🤲
@DaaratuuDado
@DaaratuuDado Ай бұрын
Amennee Amennee Amennee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@prophetbekiyoutube4072
@prophetbekiyoutube4072 2 жыл бұрын
Amazing 😻
@darartua1262
@darartua1262 2 жыл бұрын
Haleluyaa ebifamii solii koo
@martaamuucaaiyeusu5694
@martaamuucaaiyeusu5694 2 жыл бұрын
Ameeeen Ebifamiii muuca ifaaaa
@tamanechluqas6682
@tamanechluqas6682 2 жыл бұрын
Ameeen ameeen ameeen uuuuuuuuf ililili hallelujah 🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏solako ebifam gudadhu
@bonsaamante449
@bonsaamante449 2 жыл бұрын
Jabaa koo eebbifamii!
@bashaatubabur4154
@bashaatubabur4154 2 жыл бұрын
Uuufeee waaqayoo saw ebuu Naan caroomeee ameeeeen
@gbmediake
@gbmediake 2 жыл бұрын
May God bless you abudantly oboolookoo
@darartua1262
@darartua1262 2 жыл бұрын
Amen amen amen na carame
@ebisakejelaararso594
@ebisakejelaararso594 2 жыл бұрын
Ameeen Ebbifamaa
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 2 жыл бұрын
Wowwwwww
@masertegirima4289
@masertegirima4289 2 жыл бұрын
Ameeeeeen ameeeeeen ameeeeeen Ebbiifaamaa
@dawwihailuhalima6643
@dawwihailuhalima6643 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen ebbifami dacha dachan
@singermiretuchenekaofficial
@singermiretuchenekaofficial 2 жыл бұрын
Nan carroome😘jaalladheera!
@mulumideksa5347
@mulumideksa5347 Жыл бұрын
Uuuuuuuuffffeee hulfadhuu iyaasuseekoo 😭😭😭😭😭😭😭😭
@alohacell4343
@alohacell4343 2 жыл бұрын
Ebifami jabadhu baran baran 💖💖💖💖💖💖🤲
@damisemakurayoutobechannel8313
@damisemakurayoutobechannel8313 2 жыл бұрын
Solomoon nama waaqayyoo eebbaaf ta'i guddaa sijaallanna!
@hawefekene4049
@hawefekene4049 Жыл бұрын
Amen Ameneeeeeee
@ayyeeorocell9778
@ayyeeorocell9778 2 жыл бұрын
Ebifami ebifami muca kakuu solo
@kulanimulatu7100
@kulanimulatu7100 2 жыл бұрын
Ameen ameen ameen Eebbifami Eebbifama nama
@tardaout4570
@tardaout4570 2 жыл бұрын
ebifame ❤❤❤
@hkkoqabiyesus3238
@hkkoqabiyesus3238 2 жыл бұрын
Uuuufeeeeeee AMEEEEEEEEEN AMEEEEEEEEN AMEEEEEEEEN SOLEE KOO WAQAAYYOOMTII AMAYUU AYYAANA ISA JALAATII SIHAA EGAATUU KAA MALII JENNAA SOLEE INII GARAA GARAA HADHAA KEE KEESSAATII SI MUDATEE NUFII SI KASEE UMURII IRATII UMURII AYYAANA IRRAATII AYYAANA SIFA DABALUU GOFTAAN WAAN JEDHUU QABU WAQAAYYOO BICHAAN OLII WAQARAA SIHAA EBISUU EBIFAMIII 👆💕🙏💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
@jifareriget8843
@jifareriget8843 2 жыл бұрын
Ameeeeeeen Ameeeeen Ameeeeeeen ebifamii
@uaekfn8560
@uaekfn8560 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen dachaan ebbifama
@kumerayadeta
@kumerayadeta 2 жыл бұрын
amen eebbifami
@derejedufera9320
@derejedufera9320 Жыл бұрын
Sool Eebbifami
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa 2 жыл бұрын
Uuuuufffffeee Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 🙏 ❤ ebifamii dacha Sool!!!!
@lemitesfaye7036
@lemitesfaye7036 2 жыл бұрын
Wow eebifami
@donaalarcon9728
@donaalarcon9728 2 жыл бұрын
God bless you always
NA BANAMEERA || SOLOMOON ALAMUU @ifafayinatvofficial1906
12:55
Ifa Fayina TV Official
Рет қаралды 36 М.
Happy 4th of July 😂
00:12
Alyssa's Ways
Рет қаралды 67 МЛН
Spot The Fake Animal For $10,000
00:40
MrBeast
Рет қаралды 139 МЛН
Solomon Alemu | ISA CAALE | New Live Worship @guraratoleraofficial
10:33
Gurara Tolera Official
Рет қаралды 70 М.
Garaan koo si'iin Amana: Solomon Alemu
15:30
ADDONAI JESUS Tv CHANNEL
Рет қаралды 38 М.
1884-ዘማሪ ሰለሞን-ጋላታኬ-galatakee-singer selemon
17:41
Prophet Eyu Chufa
Рет қаралды 401 М.
Solomon Alemu Live Worship on Aknaw Dima Album
8:52
AKNAW DIMA OFFICIAL
Рет қаралды 33 М.
MITI AKKA WAAQOTAA || FAR. GUUTUU SHIFARRAA || @ifafayinatvofficial1906
37:24
Ifa Fayina TV Official
Рет қаралды 134 М.
Happy 4th of July 😂
00:12
Alyssa's Ways
Рет қаралды 67 МЛН