No video

Nan Hiika - Diraamaa gabaabaa garee aartii oromooyiin

  Рет қаралды 86,952

MO'AA TV

MO'AA TV

Жыл бұрын

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 260
@hadhaako
@hadhaako Жыл бұрын
Kanii Hiriyyaaa ammaa na dhibaa kanii diiguu malee kanii ijaruu jiruu ergaa qaba ofii keessaa jabaadhaa 😭
@G.Tube8516
@G.Tube8516 Жыл бұрын
Baay'ee gaariidha ergaa dansaa of keessaa qaba, Itti fayyadama jechootaa yoo sirreessitan baay'ee dansa❤
@kumemiessa9007
@kumemiessa9007 Жыл бұрын
Muca xiqqashu giddu kessan gotani wal hin lolina dhuga itti fakkata 😢❤❤
@samssams6714
@samssams6714 Жыл бұрын
Woowaaaa barumsaa guddaa ofi keessaa qabaa garuu abbaa mana akkaasii nuraa haa qabuuuu
@gadisefikadu1098
@gadisefikadu1098 Жыл бұрын
Ittii fufaa maaloo baayyee barumsaa gudaa qabaa Ebbifamaa❤❤🙏
@karizmamega524
@karizmamega524 Жыл бұрын
Kkkkkkkkkkkk
@Jalaneshow10
@Jalaneshow10 Жыл бұрын
Gado koo maati naaf tahi please Saanyii koo
@user-yj8of3qc4p
@user-yj8of3qc4p Жыл бұрын
Dhugaa Waaqayyoo hin jedhiin waan diraamaa kanaaf
@user-hz2hc5bl8b
@user-hz2hc5bl8b 8 ай бұрын
Dubarti utuba jirenyaa namati ishii malee hin bareda
@Dani-mk1qy
@Dani-mk1qy 2 ай бұрын
Bayyee natii tolaa jabadhaa bayyeee kolfee
@EvaTufa
@EvaTufa Жыл бұрын
Uuufffiii mucaa namaste gaddisisa asiifi achii lala😢😢😢😢😢😢
@user-pf1yw9qx5p
@user-pf1yw9qx5p 6 ай бұрын
Diramaaa akkangochu hin qabdu namaa waqaatii mittii
@Nassir-jo6nk
@Nassir-jo6nk 7 ай бұрын
Olla akkasi rabbi namara ha qabu
@kenotiku2561
@kenotiku2561 Жыл бұрын
Ana mucatti xaqashu sanatuu na mararee😂😂❤❤❤❤🎉
@kadijaayoutube
@kadijaayoutube 2 ай бұрын
Wanaa fedhesii yoo taa'e maani dubartii maallee hin baredduu dhugaa rabbii misikiinaa mucaani jidutii rakkaate 😢
@user-so4ue3jq1m
@user-so4ue3jq1m 4 ай бұрын
Waa baayyee namaa barsisa
@user-ss4wp1mq7l
@user-ss4wp1mq7l 4 ай бұрын
Dhugaa dubachunii diramanii kunii senaa baye siridhaa ofi koratii wananii argefii dhirotaa bara kanaa akkasumaa manatii wataa toko hin kenuu ama garuu Gabii gudaa Kesaa jiraa Ani garuu bonenii jirachaa jiraa galataa waaqayoo midhamunii garidhaa hin midhinii malee waqayoo tuu sifi kafalaa 😢😢😢
@sabontuoromo1667
@sabontuoromo1667 10 ай бұрын
Daa'imaa hin rakkisinaa
@yerusjabesa8400
@yerusjabesa8400 Жыл бұрын
Malo itti fufaa dhugaa akkani sin irra bareeduu yonamo ergaas of kesa qaba👏👏🙏🙏🙏😍😍😍
@ramajr8101
@ramajr8101 Жыл бұрын
Ittii fufaa baayyee barumsaa gudaa qabaa ebifamaa❤️❤️🥰🥰
@user-iu4gi5he6n
@user-iu4gi5he6n 4 ай бұрын
Wow kolfan du'ee. Namatti toltu.
@ganttube9036
@ganttube9036 Жыл бұрын
Kkkkkkk mucaaatuu naa mararee
@kulleeaddunyaa7010
@kulleeaddunyaa7010 Жыл бұрын
Wow baay'ee namaati tolaa jabaadhaa❤️❤️❤️❤️ barumsaa guddaa qabaa.
@ayitejackline-sx1wv
@ayitejackline-sx1wv Жыл бұрын
Dhugaa bayyee namatii tolaa nuuf jiradha ittii fufaa garuu addaa kutinaa ♥️💚💔
@waqayyoolchadhaan9209
@waqayyoolchadhaan9209 Жыл бұрын
Wawwwuuuu Barumasaa guddaa of keessaa qabaa ebbifamaa
@user-io3to4ff4e
@user-io3to4ff4e 7 ай бұрын
Maalo mucitiin bayyee natee uuufffèee❤❤❤❤❤
@bashaduuyeemaariyamlijii8952
@bashaduuyeemaariyamlijii8952 Жыл бұрын
Uuuffff Mucatii naa maratee dhugaa 😍😍😍
@kikigulma2326
@kikigulma2326 Жыл бұрын
Itti fufaa maloo bay'ee namati tolaa❤❤❤❤
@hawwizawude2316
@hawwizawude2316 Жыл бұрын
Dhugadhaa ♥️♥️♥️♥️🙏🙏 ergaa gudaa qabaa Ofi kesaa ebbifmaa ❤❤
@kareemhashem5391
@kareemhashem5391 Жыл бұрын
Jabadhaa itifufa adarra
@darartuoromiya6646
@darartuoromiya6646 Жыл бұрын
Ani mana kanaf haradhaa garuu da.imitii bayye garaa na nyatee jiduu tesee ijaa babaaftee 🙄🙄🥰🥰🥰🥰🥰
@garumakelbesa151
@garumakelbesa151 Жыл бұрын
Baay'ee ajaa'ibaa itti jabaadhaa💌
@mashooyoutube
@mashooyoutube Жыл бұрын
Dhugaadhaa hatii manaa ibsaa manatii❤❤❤❤❤nuuf jiradhaa
@MartaMarta-pz4yv
@MartaMarta-pz4yv Жыл бұрын
Mucaattin garaa nama nyaatti jabaadha baruumsa guddaa qaba ❤❤❤❤
@kifleayana7273
@kifleayana7273 Жыл бұрын
Waan hedduu barannee ,Eebbifamaa . Jabaadhaa !
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 Жыл бұрын
Hiriyaadha jete hin amanin😭😭😭😭😭
@MakidaAbdalla-gh3hv
@MakidaAbdalla-gh3hv 10 ай бұрын
Ebbade da'aaima biraa tetanimo
@ijarsaahamiileedhalootatub6175
@ijarsaahamiileedhalootatub6175 Жыл бұрын
Ayiii biyya keenya uffff 😢😢😢😢😢heerumaa na jibiisisee 😢
@Link-iu5yw
@Link-iu5yw Жыл бұрын
Dhugaa hni jeedhin
@kibitadese696
@kibitadese696 Жыл бұрын
Uuffff tidaaatii sodaanneem😄😄😄😄😄 jabaadhaa
@kumemiessa9007
@kumemiessa9007 Жыл бұрын
Namati tola❤❤🎉
@galanee5219
@galanee5219 Жыл бұрын
ANaa mucaa Xiqotuu Garakoo Naa nyaatee wayoo
@GalgaloDima-hl8zq
@GalgaloDima-hl8zq 4 ай бұрын
Waan soba kan dhugaa waaqayyoo hin jedhaa
@alamneshghada5099
@alamneshghada5099 Жыл бұрын
Wawo bayee barumsaa gudaa of kesa qaba jabadhaa itii fufaa
@Dani-mk1qy
@Dani-mk1qy 2 ай бұрын
Uuuuuuuu mucaan ni rifatee malooo😂😂😂😂😂😂
@CaaliObsa
@CaaliObsa Жыл бұрын
Maatii..naa.taaii
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 Жыл бұрын
Woow baay'ee namatti tola dhugaa eebbifamaa jabaadha ❤😂
@Jalaneshow10
@Jalaneshow10 Жыл бұрын
Lubbuu maati naaf tahi please 💕
@user-gs1lw6fc5p
@user-gs1lw6fc5p 11 ай бұрын
Jabadha Ergaa Guddaa Qabaa
@dagnetomoshke
@dagnetomoshke 11 ай бұрын
IJOOLLEEN KUN MO'AARRAA EESSATTII BADANII WARRII MO'AA NUUF BARBAADAA
@hayaatiarsiishaashee8011
@hayaatiarsiishaashee8011 Жыл бұрын
Maa Aritee duraa😂😂😂😂 woyii mucaa ❤❤❤diqoo misikinaa😢😢
@wagayobalay3980
@wagayobalay3980 Жыл бұрын
Maloo itti fufaa dhugaa barumsaa guddaa qabaa 😍🥰🥰🥰
@bortoqal6711
@bortoqal6711 Жыл бұрын
Zatii butulee 1torbee 1kkkkkk ya ojiikee namiicha nana Ebiifamaa garuu
@MorebadachMan-fm4op
@MorebadachMan-fm4op Жыл бұрын
Baay'ee isin jaalanna
@user-jt5ri5fw9i
@user-jt5ri5fw9i Жыл бұрын
wayoo mucaa hin dhiphisinaa maalooo
@biliseekuubii2347
@biliseekuubii2347 Жыл бұрын
Dhugaadha barumsa guddaa Kan kenudha Itti nuuf fufaa Jaalala waaqayyootiin
@CaaliObsa
@CaaliObsa Жыл бұрын
Hojii.. keessaan.. nyaadhuu
@AyantuAmare-em7bz
@AyantuAmare-em7bz Жыл бұрын
Uuuuuuffff mucaan riifatee ijaa kulooluu goodhe
@muluuwarqi8112
@muluuwarqi8112 Жыл бұрын
Www ebbifamaa EBBIFAMOO koo barumsa garidha
@FakiihaAhimad
@FakiihaAhimad 11 ай бұрын
akkam nama dhiiba yarrabbii akkasuman ittii fufaa hadara
@keneniyoutube
@keneniyoutube Жыл бұрын
Anii mucaa xiqatuu naa mararee anaa
@shibireshifara3805
@shibireshifara3805 Жыл бұрын
barumsaa gudaa qabaa garuu wan kun akkat namnii tokkumaa nama jibuu nama dhibaa dhugaa jarsumaa nama wamachuun dhuguma kan qabaa
@kookeetiwallagaa2240
@kookeetiwallagaa2240 Жыл бұрын
Kun jirenya itpha isumaa dhuga wayoo
@bashedu656
@bashedu656 Жыл бұрын
Uuuuuuuuyyyyyiiiii jarsaa akkan naraa qabii yaa waqayyoo
@mamitugeleta3752
@mamitugeleta3752 Жыл бұрын
Erga guddaa qaba jabadha! Eebbifama!
@user-gs1lw6fc5p
@user-gs1lw6fc5p 11 ай бұрын
Mucaa dhiiqaa naa mamareee maloo uuffffff
@alemtsehay279
@alemtsehay279 6 ай бұрын
Uuufffff mucaatin akkam nama mararaa uuuuffff
@demaa3588
@demaa3588 Жыл бұрын
Wayoo ana buchee naa mararee
@dibooraa129
@dibooraa129 Жыл бұрын
Wawuu bayee namatii tolaa itii fufaa
@DesitaDeaita-jb5vb
@DesitaDeaita-jb5vb Жыл бұрын
Baay,ee naatii tola jabadha ittiifufa malo
@bishaqeefiqiru1599
@bishaqeefiqiru1599 Жыл бұрын
Ergaa baredaa qabaa jabadhaa hirriyyaa jechuun garuu bay.ee rakkiisadhaa 😢😢
@rosakejela1459
@rosakejela1459 Жыл бұрын
Diina abaatuu ofiiraa ega firamoo raabiituu namara ega
@DD77731
@DD77731 2 ай бұрын
😆😆😄😆😆😆😆😄 Ani kolfaan gaggabe
@tadelechalemu2041
@tadelechalemu2041 Жыл бұрын
Omg😁😁😁😁😁😁ergaa qaba ebbifama
@bashaduuyeemaariyamlijii8952
@bashaduuyeemaariyamlijii8952 Жыл бұрын
bayyee gariidhaa Barusaa Garii Qabaa
@CharinatLidyyaa
@CharinatLidyyaa Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@waaqayyoogariidha7376
@waaqayyoogariidha7376 Жыл бұрын
Ayii kaa mucaa rifaate kaa
@darareabdata6914
@darareabdata6914 Жыл бұрын
Uuuffii mucan dhipachaa jirti
@Bireyotube5604
@Bireyotube5604 Жыл бұрын
Yeroo hadhaa manaa kee kan wajjiin bultee mucaa irra argatee ba,ii nar jettu atii manaa kee waan hundumaa gutadhee gatii jettu Waqayyoon sodatuu isaayu dhugaa jetta qanftuu gaafa dutuu hundumaa isaa dhiiftee demta hubachuu maal dirmaan akkana dhugaa natii hin tolee dhugaa garuu mucichi na garramee homaa hin bo,uu garuu waan ta,aa jiru galaafi hin jiruu
@ebbifamiiitijeee5586
@ebbifamiiitijeee5586 Жыл бұрын
Wayoo Abba mana akkas naara haa qabuu gooftaan
@seenaakeebekii7820
@seenaakeebekii7820 Жыл бұрын
Wowowowo wanuma jiruudha🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@alemtsehay279
@alemtsehay279 6 ай бұрын
Nabela,ee jedhe uuuuuffff maloo nama mararaa
@demiturefera667
@demiturefera667 Жыл бұрын
Garidhaa itti fufaa garuu jechaa kessaani sireffadhaa
@MeseretEshetu-pj4uv
@MeseretEshetu-pj4uv 3 ай бұрын
Dubartin utuba jirenya ta'u hin dagatina Asiras barumsa gudda argana
@bontokooo5845
@bontokooo5845 Жыл бұрын
Dhugadha namatti tola maccan nannbeelae jedhe naboosisem
@bontutub578
@bontutub578 Жыл бұрын
Ofii ajesii beqaaaa😂😂😂😂
@thankyoujesus1911
@thankyoujesus1911 Жыл бұрын
Abba mana akkan naraa haa qabuu bichaa 🤣🤣🤣Ebbifama
@sabontushawa2939
@sabontushawa2939 Жыл бұрын
Dhugaadha ergaa gudda qaba ❤
@AbyAby-vm8zy
@AbyAby-vm8zy 4 ай бұрын
Ebifamaa Ebifamaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂
@ababaamakononl4401
@ababaamakononl4401 Жыл бұрын
❤❤❤❤
@marigeesabooka5385
@marigeesabooka5385 Жыл бұрын
Garuu daima kanaa biratti I tahuu dirama an kuun
@DinkeAregaw
@DinkeAregaw 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@kayogamacuu5252
@kayogamacuu5252 9 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Jalaneshow10
@Jalaneshow10 Жыл бұрын
Gaabbiifi egeen Duubba oltii
@mashooyoutube
@mashooyoutube Жыл бұрын
😢😢😢😢uuuuuffff daimnii nama marartii dhugaa 😂
@rehimawoloyewa6989
@rehimawoloyewa6989 Жыл бұрын
😢😢😢😢😢daimma Sanii😂😢😢😢😢
@messymessy600
@messymessy600 Жыл бұрын
Yaa baraa kanaa
@muslmamoh3410
@muslmamoh3410 Жыл бұрын
Jabadha
@sarasmezgebu3348
@sarasmezgebu3348 Жыл бұрын
jechootaa sirefadha😢😢😢😢
@SiriyanDesalegn
@SiriyanDesalegn Жыл бұрын
Jabadhaa🎉
@ObsaaZalaqee-od4ow
@ObsaaZalaqee-od4ow Жыл бұрын
Fudhani. Jaalalani jirachisuni hin dandama
@simbook7894
@simbook7894 Жыл бұрын
dhugaa bayee namati tolaa jabadhaa😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤💚💚❤❤💚❤💚❤💚❤
@bonstowariyodehko1648
@bonstowariyodehko1648 Жыл бұрын
Wowo
Dallaalaa - Diraamaa Gabaabaa /Garee Aartii Oromooyiin
29:46
MO'AA TV
Рет қаралды 22 М.
黑天使遇到什么了?#short #angel #clown
00:34
Super Beauty team
Рет қаралды 38 МЛН
Get 10 Mega Boxes OR 60 Starr Drops!!
01:39
Brawl Stars
Рет қаралды 12 МЛН
#DINGATAA_EPISODE_#56 #OROMO_COMEDY#QAALII_ENTERTAINMENT
30:31
Qaalii Entertainment
Рет қаралды 189 М.
Aartii Mo'aa - Tiktookeroota Waliin
32:07
MO'AA TV
Рет қаралды 6 М.
EGEREE COMEDY: OKKOTEE
10:11
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 170 М.
DABALOO DIRAMA AFAAN OROMO | MO'AA TV NEW YEAR SPECIAL
15:23
MO'AA TV
Рет қаралды 114 М.
Ni Kadhanna - Diraamaa gabaabaa garee aartii oromooyiin
23:40
Bashkadaa Episode 29 JINJANAA
15:27
SHIIBIRREE TUBE
Рет қаралды 76 М.
Diraamaa Gabaabaa Gola Aartii (Guraandhala 4,2024)Finfinnee
18:34
NAN DHARRA'E - Diraamaa Gabaabaa /Garee Aartii Oromooyiin
25:38