Nu dhibde jedhe Jawar Mohammed maaltu dhibe laata?

  Рет қаралды 43,883

United Oromia

United Oromia

2 жыл бұрын

Wahiitu Nu dhibe jedhe obbo #Jawarmohammed #Gaafii gaafatameefi Deebii Obbo Jawar dhaggeeffadhaa waliin gahaa

Пікірлер: 66
@Haacetube1430
@Haacetube1430 2 жыл бұрын
Jajjabaadhaa
@gammachu563
@gammachu563 2 жыл бұрын
Jabadhaa oromoo Koo furmannii oromoo harkaa keenya jira
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 2 жыл бұрын
Galatoomaa galanii kaa bilisummaa hatuu jawwaa👏❤💚❤👌💪
@ummiimuslimaa4149
@ummiimuslimaa4149 2 жыл бұрын
maashaallaa Maashaallaa jawar keenya
@ahmedabdi91
@ahmedabdi91 2 жыл бұрын
Baayyee Galatoomi sabboontuu oromoo quuqamtuu dhugaa
@dastad5916
@dastad5916 2 жыл бұрын
👍 👍 👍 👍 👍 👍 👍
@tesfayeketema1817
@tesfayeketema1817 2 жыл бұрын
Jawe keenyaa 100000 jiraadhuu mootuummaa kuffisuun hin dhibne sirridha uumaatatuu giddutti midhame midhamasi
@uaefujairah5979
@uaefujairah5979 2 жыл бұрын
😎😎😎😎😎😎
@faheemdidadida683
@faheemdidadida683 2 жыл бұрын
jawar ergamtee dhuftee dhisii nuraa Ethiopian afaan nagaa hinbeytuu.
@muniramunira2199
@muniramunira2199 2 жыл бұрын
💯📈📈❤💞
@sabontuwalloo4444
@sabontuwalloo4444 2 жыл бұрын
🌳😍😍😍
@haayatiarsiimunesaahaayati2434
@haayatiarsiimunesaahaayati2434 2 жыл бұрын
Bagaa nagaah dhuftaan United oromia akaasumaalee Jawwee dubii qawwee dhugaa keetii jabadhuu jajaabee koo rabbiin sii haa gargaaruu inshaallaah Akaasumaalee qaaqaliiwwaan abdii sabaa oromoo saboontootaa qaree oromoo
@muniramunira2199
@muniramunira2199 2 жыл бұрын
Rabbin amtuu sirra haa qabu jawwee koo
@bultobena6077
@bultobena6077 2 жыл бұрын
Abjuu jawaar. Jawaar ilkaan nafxanyaa keessaa bahuf nagaa Itophiyaa nagaa Itophiyaa jechaa oola. Jibriil / Gabriel ta'ee wahee nagaa otoo labsee ilkaan nafxanyaa keessaa hin bahu, Ergamaa qabsoo karaa nagaa offidhuu dhiisuu qaba. Doctor Mararaan waggaa 30 qabsoo karaa nagaa otoo labsuu hidhamet Habashaa biratti jibbame . Itophiyaa keessatti qabsoon karaa nagaa hin hojjetu. Jawaar kana beekee qabsoo nagaa nagaa Itophiyaa jedhee Oromoo burjaahesuu dhaabuu qaba. Tajjabdoonni ergamaa pp taeera jedhuu. Jawaar OPDO qulqulludha. Qabsoo 2018 kolaasse hara nafxanyatti galche Daldaltuu siyaasaa jawaar Mohammad hin amaniinaa, Kan nama gaddiisiisu namoota akka waaqaa jawaaritti sagadanidha. Falli blisummaa Oromoo hidhachuu WBO jabeessuu qofaadha. Oduu ergamaa pp tti gurra hin kenniunaa.
@muniramunira2199
@muniramunira2199 2 жыл бұрын
@@bultobena6077 sanyii nu nama tokkofu hin saganu rabbin malee jawee rabbitu jaalala haawasa kenneef nuti jawee fi woboonisi qaama keena ni jaalana garagaruman isani karaa nagaha fi karaa qawwee isa jedhu qofaa abban fedhe karaa nu baasa jedhen haa qabsawo nuti haawaasini oroomoo jaba ufii abbatu jabeffata 💪💪💪qabsawota keena karaa kaminu bira dhabbachu qabnaa💯💯💯💯💯💯💞🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫🇧🇫📈
@jfj2799
@jfj2799 2 жыл бұрын
Jawwar koo qaalii namaa nuuf jiraadhu si jaalana💓💛🧡❤
@rihana2782
@rihana2782 Жыл бұрын
🐯🐯🐯🦁🦁🦁🦁🎇
@biiftuganama6580
@biiftuganama6580 2 жыл бұрын
Anii amm kaniin bar baaduu Jawar M yoo dandahee Abiyyiin akka lola oromoorra dhaabu haa godhu
@noraali7539
@noraali7539 2 жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰 jawwee ko ❤ 💯
@awwaljajuu4863
@awwaljajuu4863 2 жыл бұрын
dhugaan jiirtu kanumaa jawwae koo hamatuu siargiin
@sameerasameera8543
@sameerasameera8543 Жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️💪💪💪💪💋💋💋💋💋💋💋
@user-jr2wy7qy9v
@user-jr2wy7qy9v 2 жыл бұрын
Umatini kun abiyisi maaf akkanatii hinsimattii
@abdijafarshaw4639
@abdijafarshaw4639 2 жыл бұрын
Dhuga meet
@uaefujairah5979
@uaefujairah5979 2 жыл бұрын
Promo jetani waan tatanif hin arginee 😏😏😏😏😏🙄
@shuumiibayyanaa946
@shuumiibayyanaa946 2 жыл бұрын
Kan jaarti kana na dhiba ofiifu achii mana kiraa keessa teessi wan ummata Oromoo miliyoona 50,000,000f mana ijaarte qopheessite fakkaatti yommaa Itiyoophiyaan ha digamtu jetti eessatti nu naquufi jaarti mataan ke ha diigamuu.
@bultobena6077
@bultobena6077 2 жыл бұрын
Waraanni Oromoo walwaraanu hin jiru. Waraana OPDO diina bilisummaa Ergamtoota mootunmaa nafxanyaatu waraana bilisummaa Oromoo waraana. Kanaaf oromoon Oromoo waraanu hin jiru. Jawaar burjaajeesuu dhiisi. Ergamtuu pp ta'uukee bekameera.
@merertulelissa7562
@merertulelissa7562 2 жыл бұрын
Kan durii dhiisii ergamtu,salphataan siidha ergama bixigina ta'u si Manama duutee baduu siif wayya ture yaa jawar
@oromiaoromo6356
@oromiaoromo6356 2 жыл бұрын
Shaarmuxsa
@biiftuganama6580
@biiftuganama6580 2 жыл бұрын
Waraanii lama kan oromoof dhaabatte hin jiru kan jiru warrana WBO kan haqaaf dhaabatte fi OPDO gantuu ummataa isii fixu
@kasimgemeda70
@kasimgemeda70 2 жыл бұрын
OPDO gantuu, kanuma barreessitee hubaadhu. Isaanis Oromoo gantuu kan garaa ofii malee ilmaan oromoo gananii, Garuu ammoo Oromummaa dhiigaan qabu gantuu fi hattattuu kan dhiigaa ilmaan oromoo dhugaa jirtuu waan tahanif Oromumma isaani irra haquu hin dandeenyu
@safuusabaa7889
@safuusabaa7889 2 жыл бұрын
yaa oboo jawaar gotoottaa keenya kan kumattamaan laksamana maaf lubbun isani darbaani nutis nagaa barbaanaa? bilxgina di wbo ija tokkon ilaala jette? bilxgina maal? woboon maal
@jamalhussein5379
@jamalhussein5379 2 жыл бұрын
keep in mind that international community will not allowed you to become an independent country. How long has Somaliland been waiting to be recognize as an independent country ??
@user-jr2wy7qy9v
@user-jr2wy7qy9v 2 жыл бұрын
ityoopiyaan kee digamtte jirtii xawalwalee yamanii
@abibakaribraahin8541
@abibakaribraahin8541 2 жыл бұрын
Obsigaafiin jiraachu qabdii jaweko lakn akkajaba ifdurakeeelaalii haqa umatakanaa dhuga oromo qofaami gutumaafu lkn haqa bosanati obalyankee hin awaaalin umata oromumaabeyneef!!!!! Galatoomi ?
@Hailu-Etissa-Debissa
@Hailu-Etissa-Debissa 2 жыл бұрын
Jawar Mohammed: The collapse of Ethiopia is highly required as soon as possible !!
@bultobena6077
@bultobena6077 2 жыл бұрын
Abjuu jawaar. Jawaar ilkaan nafxanyaa keessaa bahuf nagaa Itophiyaa nagaa Itophiyaa jechaa oola. Jibriil / Gabriel ta'ee wahee nagaa otoo labsee ilkaan nafxanyaa keessaa hin bahu, Ergamaa qabsoo karaa nagaa offidhuu dhiisuu qaba. Doctor Mararaan waggaa 30 qabsoo karaa nagaa otoo labsuu hidhamet Habashaa biratti jibbame . Itophiyaa keessatti qabsoon karaa nagaa hin hojjetu. Jawaar kana beekee qabsoo nagaa nagaa Itophiyaa jedhee Oromoo burjaahesuu dhaabuu qaba. Tajjabdoonni ergamaa pp taeera jedhuu. Jawaar OPDO qulqulludha. Qabsoo 2018 kolaasse hara nafxanyatti galche Daldaltuu siyaasaa jawaar Mohammad hin amaniinaa, Kan nama gaddiisiisu namoota akka waaqaa jawaaritti sagadanidha. Falli blisummaa Oromoo hidhachuu WBO jabeessuu qofaadha. Oduu ergamaa pp tti gurra hin kenniunaa.
@aishaaa1904
@aishaaa1904 2 жыл бұрын
Jawee gotaa j8radhuu
@jefermukter522
@jefermukter522 2 жыл бұрын
Hadaraaa oromoo tiyya addaan naduraa hin baasinaa naa tokkoomsaa ambiti/diinni keenya ol baanee mulla'aachuu fi falmmachuu keenyaaf ciisa dhabee facaa teenyaaf nurratti hojjachaa jiru waan ta'eef dhaaba hedduus hin barbbaannu dhaaba tokkicha ganamaa jabeeffachaa hundi keenya waraana keenyaa waliin walitti ida'aamuun qabsoo saba keenyaa haa ceesisiifnuu yaa saba koo hedduu gammaddanii if hin dagatina,hedduu aartaniitiis wal hin komatnaa walirrattiis hin duulinaa tokkummaa jabeeffadhaa,jabaa keessaniis hadaraa qabsoo keessaniis hindagatinaa.
@merertulelissa7562
@merertulelissa7562 2 жыл бұрын
Jawar ati ergama Abiy siritti bahaa jirta ,ani kan na dhibu warana dhiisii jete goofta si ergatet dhaqii himi ergamtu baxaxina.
@demmaenjigu1007
@demmaenjigu1007 2 жыл бұрын
Ergamtuu Abiyyii tahee dhufe kuni shakkii hin qabu
@nagaehennoo5371
@nagaehennoo5371 2 жыл бұрын
Merertu lelissa ati dhuga saamuu kee furiidhaa siti hime jira be inni isaani akuma afaan odeesita kan miti be biya Ethiopian yoo digamate oromotu biya digee akka nu jedhani hin beektuu mo???????
@shuumiibayyanaa946
@shuumiibayyanaa946 2 жыл бұрын
Jawaar dhugumatti beekaadha nuf jiraadhu!!!!!
@A.U1500m
@A.U1500m 2 жыл бұрын
Ahahaha Qarshiin Akkas Nama jijjiirti edaa
@tesfayeketema1817
@tesfayeketema1817 2 жыл бұрын
Situu lateefii yaada akka kee kanatuu uummata rakkisee
@A.U1500m
@A.U1500m 2 жыл бұрын
@@tesfayeketema1817 mee dura qubee keenya seeraan qbeessuuf yaali.
@tesfayeketema1817
@tesfayeketema1817 2 жыл бұрын
Qbeessuuf kkkkkk uuuuuiii
@callaasabaa7787
@callaasabaa7787 2 жыл бұрын
Boofa afaajaalati jawer
@kebirhussen6416
@kebirhussen6416 2 жыл бұрын
Oromoon wagga shantamaa ol qabso hidhanno geggeesse bu'aa kam nuuf buuse mee ???
@fooziiwollegga9932
@fooziiwollegga9932 2 жыл бұрын
Juwari OPDO ppdha Ergamtuu abyi
@fooziiwollegga9932
@fooziiwollegga9932 2 жыл бұрын
Juwaria muhameed No moree Ergamtuu abyii Opd Pp baga sii baree kaan booda ummataa Oromoo gooyomsun hin dandamau naqai girsaa goyomsi hatuu👎👎👎🐒🤬🤬🤮🤮 WBO OLA🇧🇫🇧🇫🇧🇫💪🥰
@gammachuuturaa5319
@gammachuuturaa5319 2 жыл бұрын
Waraanni Oromoo lama walwaraanu hinqabu jettaa? Yaa Jawwar gantu. Waraanni Oromoo lama enyuufi eenyu? Abiyoot sibitatee? PPtu Oromoodhaa? Dhaaboonni waraanaa Oromoo lama walwaraanu kamtu jira? Tarii waraana PP ilmaan Nafxanyaatiin ijaaramte harra nuqalaa, nugubaa, mana nurratti gubaa, maasii keenya gubaa jirtudhaa waraanni Oromoo? Sobdu, Jawaar gaararraa bifa jijjiiratu nurraa afaan kee qabadhu. Obboleetiin keenya dhugaa jirtu sitti himteetti. Dhumate dubbiin kanuma.
@rabimohammedabdo6596
@rabimohammedabdo6596 2 жыл бұрын
Kijiba jawar hin tuqqin jawwe Koo leenca oromoti
@gammachuuturaa5319
@gammachuuturaa5319 2 жыл бұрын
@@rabimohammedabdo6596 Kijiba Jawwar hintuqin jettee? Jawwee kee ishee qawwee sodaattu dabeettii ofirratti fincooftu, Abiyootiif bitamte mataakeetti baadhu. WBOn abdii bilisummaa Oromoodha.
@rabimohammedabdo6596
@rabimohammedabdo6596 2 жыл бұрын
Albalti waayi oddu atti maalitti toolta Inni gootaa maal faayida atti oromoof inni Faayide Jira oromoo
@gammachuuturaa5319
@gammachuuturaa5319 2 жыл бұрын
@@rabimohammedabdo6596 Yaa dofaa mee dura qubee baradhu!
@demmaenjigu1007
@demmaenjigu1007 2 жыл бұрын
Waraana Oromoo lama jedha jazbaan bakkaa seenu dhabe
@umarhamda3456
@umarhamda3456 2 жыл бұрын
Jazba jazbaan sicaale hin jiru Bal'isii yaadi mee saree
@user-dt1rp3dx4c
@user-dt1rp3dx4c 2 жыл бұрын
የበሰበሳቹት እና ናቹ እጂ ኢትዮጲአ አደለችም በክቶች
@qubsaasabaa3109
@qubsaasabaa3109 2 жыл бұрын
እናትህን ብዳ ቆማጣ የቆማጣ ልጅ ምድር ሸርሙጣ የሸርሙጣ ዘሮች
@bultobena6077
@bultobena6077 2 жыл бұрын
Abjuu jawaar. Jawaar ilkaan nafxanyaa keessaa bahuf nagaa Itophiyaa nagaa Itophiyaa jechaa oola. Jibriil / Gabriel ta'ee wahee nagaa otoo labsee ilkaan nafxanyaa keessaa hin bahu, Ergamaa qabsoo karaa nagaa offidhuu dhiisuu qaba. Doctor Mararaan waggaa 30 qabsoo karaa nagaa otoo labsuu hidhamet Habashaa biratti jibbame . Itophiyaa keessatti qabsoon karaa nagaa hin hojjetu. Jawaar kana beekee qabsoo nagaa nagaa Itophiyaa jedhee Oromoo burjaahesuu dhaabuu qaba. Tajjabdoonni ergamaa pp taeera jedhuu. Jawaar OPDO qulqulludha. Qabsoo 2018 kolaasse hara nafxanyatti galche Daldaltuu siyaasaa jawaar Mohammad hin amaniinaa, Kan nama gaddiisiisu namoota akka waaqaa jawaaritti sagadanidha. Falli blisummaa Oromoo hidhachuu WBO jabeessuu qofaadha. Oduu ergamaa pp tti gurra hin kenniunaa.
ЧУТЬ НЕ УТОНУЛ #shorts
00:27
Паша Осадчий
Рет қаралды 9 МЛН
A teacher captured the cutest moment at the nursery #shorts
00:33
Fabiosa Stories
Рет қаралды 12 МЛН
КАК ДУМАЕТЕ КТО ВЫЙГРАЕТ😂
00:29
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 9 МЛН
Pr Lammaa Magarsaa Eebba OMN  29 11 2010
20:20
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 16 М.
Jawar Mohammed: Abdii Sabaa
12:18
Daballee Studios
Рет қаралды 42 М.
Gingilchaa 26ffaa "Dhugaan afaan qaban Funyaaniin dubbatti"
27:25
Qaanqee Show
Рет қаралды 115 М.
Jawar Mohammed Koottaa Sirritti Mariyannaa jedhe Norway Oslo
30:59
United Oromia
Рет қаралды 60 М.
ሩታ የእርግዝናውን መልስ ሰጠች.አብርሽ ደስተኛ ሆነ🙈❤️
21:46
ВОТ как ЖЕНИХ выбирает СЕБЕ невесту 😱 #shorts
1:00
Лаборатория Разрушителя
Рет қаралды 9 МЛН
Дымок или Симбочка?? 🤔 #симба #симбочка #mydeerfriendnokotan
0:19
Симбочка Пимпочка
Рет қаралды 2,7 МЛН
Spot The Fake Animal For $10,000
0:40
MrBeast
Рет қаралды 151 МЛН
Задержи дыхание дольше всех!
0:42
Аришнев
Рет қаралды 2,7 МЛН