Mansuur Jamaal Keessummaa Waamaraa OBN

  Рет қаралды 22,879

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Mansuur Jamaal Keessummaa Waamaraa OBN.Pirezidaanti Mansuur Jamaal turtii qophii keessummaa waamaraarratti OBN waliin taasiseen seenaa jireenyasaa Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Bachoo kana Mattuurraa KM 18 fagaatturraa eegalee hanga jiruu biyya ormaafi bu'aa bahii jireenyaa keessa darbee as gaherratti waa mara dubbateera. dargaggootaafis dhaamsa dabarseera muuxannoosaa eeruun inni bara ijoollemmaasaa birrii kuma sadii abbaan isaa kenneef irraa ka'uun daldalee baddaafi gammoojjii bu'aa bahii hedduu kessa darbuun daandii milkii eegaluu dubbata kanaaf dargaggoonni iddoo yaadan gahuuf qalbiin carraa qaban hunda qe'eedhumatti godaansaafi fagoo deemuun barbaachuurra bu'uurri mandaruma ofiirraa akka ka'u gorsa.

Пікірлер: 43
@AminaG-hj9qj
@AminaG-hj9qj Ай бұрын
Mashallah Mashallah Rabbii sii hatuu m jamaal ❤❤❤❤🎉🎉
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤ yaadaafi Qalbiinis ittisa yaannis Abbaa Abbaa qabeenyaa Mansuur Jamaal welcome Shimallis Abdisaa bakka Eegumsii jiruu Beekumsii M/M DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Dubbisi loontu dubbii ifaa Dhaadhaq ibiddaa bu'ee no distance from government ifaa Gootummaanis ifaa ngytti Dr Ibsaa Damiinaa.cuftinuu online jirraa gzx situ OBN
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤❤❤❤ Beekumsii Eegumsaa Art Tilahun Gassaasaa Gaafa Ato Kabajaa Dr Keennuuf protokooliin OBan Aljeeziraa tayee Sheeka Roobee 24hours hojiinis iftoonimaa.
@AminaG-hj9qj
@AminaG-hj9qj Ай бұрын
❤❤❤❤❤
@AlainCity-xs8zq
@AlainCity-xs8zq 4 ай бұрын
As.wr.wb. rabini.bukeke.ha.jiratuu
@AbdurqadirAbuyasin
@AbdurqadirAbuyasin Ай бұрын
Dadadhaqadhuu jeechuu kootii
@sifantube4890
@sifantube4890 Жыл бұрын
Waa Bay'ee Barumsa namaaf ta'uu kenite Galatomi🙏😍😍😍
@hayatah7696
@hayatah7696 Жыл бұрын
Rabbii qabenya ke keesaa baraaka sif hakkasuu dabbali sif hakkenu
@AbdurqadirAbuyasin
@AbdurqadirAbuyasin Ай бұрын
Naratii dadadhaqadhuu yamasurii
@GuguEntertainment258
@GuguEntertainment258 Жыл бұрын
Sochii fi gochi kee dargaggoota keenyaf kaka'umsa addaa kan uumu waan taheef jajjabaadhu OBN GALATOOMAA
@alemayehumamo6143
@alemayehumamo6143 Жыл бұрын
thank you very much ( yaada bareedaa qabda itti fufi )
@AbyatarSeyoum
@AbyatarSeyoum Жыл бұрын
You the great brother❤❤❤
@AbdulwaariAbdallaa
@AbdulwaariAbdallaa Жыл бұрын
🎉
@user-oy3rg6wg7z
@user-oy3rg6wg7z 4 ай бұрын
😢
@EliyasGobena
@EliyasGobena Ай бұрын
asala maliku manure eliyas jedham
@qalloomedia8932
@qalloomedia8932 Жыл бұрын
Maashaa allah
@halimadame4035
@halimadame4035 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhuu..masuurri
@sultanjobir1570
@sultanjobir1570 Жыл бұрын
My Brother
@sumayafuaad5648
@sumayafuaad5648 Жыл бұрын
Biliyenaaraa
@gammachiistaammiruuu-unique
@gammachiistaammiruuu-unique Жыл бұрын
Qophessittuu kun daandeetii guddaa qabdii yeroo gaasixeesitoottaa itoophiyaa biroo waajiin madalluu . jabadhuu jedhani
@sabontu
@sabontu Жыл бұрын
Nuuf jiraadhuu ❤❤❤❤❤
@RidaaMamad
@RidaaMamad 2 ай бұрын
Sorsi zasha'a
@alimaadam1368
@alimaadam1368 Жыл бұрын
Nuf jiraadhu masur
@MusxafaAbdalla-ig5hx
@MusxafaAbdalla-ig5hx Жыл бұрын
Jabaadhu
@asladdiinabduqaadir6968
@asladdiinabduqaadir6968 Жыл бұрын
Irgaan isii gaariidha ja'i ciincaan ja'inii gawwaa
@redwave4776
@redwave4776 Жыл бұрын
❤️❤️❤️
@aboneshabonesh3646
@aboneshabonesh3646 Жыл бұрын
💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻
@Biftuu....walloo
@Biftuu....walloo Жыл бұрын
😍😍
@kabe2858
@kabe2858 Жыл бұрын
❤❤❤❤
@fugu8990
@fugu8990 Жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰❤
@user-bw3ks7le5n
@user-bw3ks7le5n Жыл бұрын
Nuuf jiraadhu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
Hordooftoota kee adfaan baafadhuu akka Kaffaaloo Bugatti fira dhabdee
@jibriljibrilabdurahman5994
@jibriljibrilabdurahman5994 Жыл бұрын
Oro
@hawabashir7852
@hawabashir7852 Жыл бұрын
❤❤
@asiaasiatub8268
@asiaasiatub8268 Жыл бұрын
Kkkkkkkk
@aishaaisha9854
@aishaaisha9854 Жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰
@asterabera5654
@asterabera5654 Жыл бұрын
Your ellumenate
@UzeyfaSultan-qj6wq
@UzeyfaSultan-qj6wq 3 ай бұрын
Ee
@nugusamokonen9841
@nugusamokonen9841 Жыл бұрын
Maaliif abboo diinquu dayyas akkasitti of hin janye qabenya isaan billiyoona kurnan tokko oromoo booranaaf haa laatuka nutoo hin agarre?.
@medinahaji9709
@medinahaji9709 Жыл бұрын
Ani Sima jibba konkaa gowwaa horii😂😂😂
@buzalamibuzalami2886
@buzalamibuzalami2886 Жыл бұрын
Hhhhh ati hoo mali
@daughteroftheking3220
@daughteroftheking3220 5 ай бұрын
Maliif gowaa dhaa badii asii
Red❤️+Green💚=
00:38
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 79 МЛН
Mama vs Son vs Daddy 😭🤣
00:13
DADDYSON SHOW
Рет қаралды 21 МЛН
MISS CIRCLE STUDENTS BULLY ME!
00:12
Andreas Eskander
Рет қаралды 10 МЛН
Who has won ?? 😀 #shortvideo #lizzyisaeva
00:24
Lizzy Isaeva
Рет қаралды 65 МЛН
Keessummaa Waamaraa  Mohaammad Amaan Hajjii
21:25
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 43 М.
''Osoo dhiifama na gaafattee Dhiifama Nan Godhaaf''-//Keessummaa Yeroo Jaalalaa//
24:08
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 71 М.
ሰበር ዜና Mohammed Kedir ስልጤ 2 is live!
Mohammed Kedir ስልጤ 2
Рет қаралды 171
Tiktookera  Wardaa  Noolee [Wardaa Ahimad];   keessummaa Yeroo Jaalalaa,
22:03
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 113 М.
OROMIA11: TURTII MANSUR  WAJJIN TAASIFNE.
54:34
Oromia 11
Рет қаралды 37 М.
'Kiwu jechuun ammakaa; Roobe Adaamaa fakkaachuun ammakaa'. Sheekaa Roobee waliin turtii taasifame.
20:25
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 72 М.
Nama Jalqabaa, Elikoopterii Shimalaan dha'ee nama  kuffiise!!
24:12
Qaanqee Show
Рет қаралды 23 М.
Что делать ЕСЛИ у  Вас Живёт Монстр?
0:36
ИЗЮМЕР
Рет қаралды 2,8 МЛН
ВОДА В СОЛО
0:20
⚡️КАН АНДРЕЙ⚡️
Рет қаралды 24 МЛН
Горилла Показала Малыша 😍
0:23
ДоброShorts
Рет қаралды 2,2 МЛН
Батя в общественных местах 😇
0:46
Время горячей озвучки
Рет қаралды 2,3 МЛН