No video

Yeroo Jaalalaa

  Рет қаралды 10,796

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Ай бұрын

Yeroo Jaalalaa

Пікірлер: 82
@SaadaTube-uw6xn
@SaadaTube-uw6xn Ай бұрын
Hamdiyaa tenne yoo islama tatee osoo mataa kee dhoyfatee nii bareeda bar!❤❤❤
@EthiopianlafamooNamaAA
@EthiopianlafamooNamaAA Ай бұрын
Dhugaa ketti ❤❤
@TasfaayeeDamissee
@TasfaayeeDamissee Ай бұрын
Keessummaan keessa nama hin beekne gaggaafi guddatti jedhan, garuu keessummaa keessan gadi fageenyan waan gaafachuu qabdan Hingaafanne, keessummaan kun obbo Mulgeetaa Gizaawu, waa'ee hiriyaa ji'a lamaa hasa 'a. Haadha ijollee isaa kan waggaa jaha haadha dhiira lamaa dhisee, dhugaan hln baddu, mucaan hangafaa maqaan inni moggaseef, Diinayaas Mulgeetaa fi qixuusin isaa Eebbisa Mulgeetaa jedhama. Mee isin warri sagantaa jalalaa jalala waggaa 6 moo jalala guyyaa 60 tu hasa'ama. Safuu yaa dhala nama!!
@user-lh7ww7on5y
@user-lh7ww7on5y Ай бұрын
dhuga keti hin bekta??
@nanifirome9285
@nanifirome9285 Ай бұрын
Dhiraa jechuni saredhaa sare kuni wa'e jirenyaa hini bekku
@kenotiku2561
@kenotiku2561 Ай бұрын
Ani dubbidhuma isarra akka soba ta'e bare akkamitti namni gaa'ila torbe tokkotti deema akka ijolle qabu bartee jenan demtee malee😮
@QosanAyele
@QosanAyele 18 күн бұрын
Yee baalan Bute qariqaresi Kun hin beekamayu jaarisi Kun
@QosanAyele
@QosanAyele 18 күн бұрын
Kun dhugaa taanani hin milikayin bara Kee gutu saanfi jarjare goomaan Kun naa gubee waaqa
@workienugusie
@workienugusie Ай бұрын
Wayyii jalalaa ji'a lamaa gidduti waal fudhani wal hikaani osoo durumaa sirritti hubate gaarii turee arifaana xumarii kan taa'e homa mitti jireenyi itti fufaa.....
@user-yl2vh1kx4t
@user-yl2vh1kx4t Ай бұрын
😂😂😂😂
@workienugusie
@workienugusie Ай бұрын
@@user-yl2vh1kx4t jalalaaluma bara kana gatii gadii bu'e saafuu 😆😆😆
@user-yl2vh1kx4t
@user-yl2vh1kx4t Ай бұрын
Ani manaa yalaa demee dhiraa kiyyaa ta'uu ilaalee herumaa 😂😂😂😂 rabbii waliti isiin haa debisu obblessaa dhugaa ergaa garii
@TeshomeWesen
@TeshomeWesen 18 күн бұрын
ajabaa rabii mucayoon nagaa hin qabduu namnii tokkolee akka funee wanii oromoo isnaa eguu
@geteshambel8575
@geteshambel8575 12 күн бұрын
Biyya ala san hoo demte moo hin demne re😊🥰
@asfjjYdvjhvzb
@asfjjYdvjhvzb 7 сағат бұрын
Ajayiaa Rabii waqayoo nagaa sifhatuu
@hadhaamuradiihadhaamuradii8065
@hadhaamuradiihadhaamuradii8065 26 күн бұрын
Kunii jaalaallaa osoo hin tanee jajaaraa 😎
@CarraaTube-yr2ze
@CarraaTube-yr2ze 24 күн бұрын
Surren janjaran hidhatan jarjaraan buti jedhan akkamitti ji'a lama keessati waal barani waal fudhani🥺
@SulemanSuleman-ud1gz
@SulemanSuleman-ud1gz 18 күн бұрын
baayye nama gadisisaa
@Menge-o6x
@Menge-o6x 20 күн бұрын
Jolee balchaa safoo jibitee enyuu jalachufi salboo intalaa
@DawitEjetaa-es7fu
@DawitEjetaa-es7fu 3 минут бұрын
🎉🎉🎉🎉
@masarattakala3321
@masarattakala3321 21 күн бұрын
❤😊😊❤😊
@AlmazKetema-dc9mc
@AlmazKetema-dc9mc 25 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-zd9ul1nl2oAbee
@user-zd9ul1nl2oAbee 25 күн бұрын
Esheniyu jalala dhuga sin jalane male turti torbe 2 kesati mal bashanansisu didef dhekamti Waqaayoon gidu kesaniti jalala hadhangalasu
@Seenna414
@Seenna414 Ай бұрын
Amddiyya lakofsa namicha kana sherr naf godhi me muddano akkasan qaba ❤❤❤❤
@ZemzemTurbe
@ZemzemTurbe 27 күн бұрын
Hamdiyya anaas takkatu harkaa naa qaba naa dhaqabi
@uaess9428
@uaess9428 Ай бұрын
Intalli ofis shakki qabdi waan ballesite qabdi sis hin amanne yoo deemes jette
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
Kan ofii jaalalaa Eegumsaa arginee malee OBN ijjis waraanaaf qabeenyaa dhiifnee ka nu laallaatee ❤❤Seequu keessatti yaannis Si haatiksuu bro
@Qaalitub
@Qaalitub Ай бұрын
Dantaan gar lamaan waan ta,eef Nama rafu dhungate atti torbee 2n sanuu
@SemiraNuredin-f9s
@SemiraNuredin-f9s 17 күн бұрын
Mucan tun gotaa kann dhabdee jirachuu hin dadesuu gotaa sanyii balchaa gantee
@masarattakala3321
@masarattakala3321 21 күн бұрын
Mucaan tun herutee qessii jalatee jirtii amanumati install fayamitt
@Kiyaa717
@Kiyaa717 Ай бұрын
Dhugaa dubbachu tanan jalalii Dhugaa 😂irbbaa nama dhorqa😢☕️☕️
@Kiyaa717
@Kiyaa717 Ай бұрын
Anii garuu irrbbaa natii bayyisa
@Kiyaa717
@Kiyaa717 Ай бұрын
Rabbi walit sii yaa deebisu
@JidaOromiya
@JidaOromiya 18 күн бұрын
Macaroon tun gaha hin qabduu. Maloo dhisa Ishan qessi jalatee
@kanana1965
@kanana1965 28 күн бұрын
jalaala.bara.kan.akkanu.torbee.lama.hin.guutuu..miti.waqayyoo.waalitti.si.haa.deebisuu❤
@AlemubekeleDedefa
@AlemubekeleDedefa 23 күн бұрын
Maal garuu miicaayoon maaf akkas siigootee maratuudhaa moo fayyadhaa garuu isheen attiis garuu osoo jalaa isheen him qulquleefatiin maaf ittii galtee .garuu intaalii ammas yoonaa herumtee isheen jalalaa isaa osoo hin tanee qarshii wayii irraa fayyadamii barbadee❤❤❤❤❤❤❤😂
@EthiopianlafamooNamaAA
@EthiopianlafamooNamaAA Ай бұрын
Mucaan amala qabessaa .... Garuu jarjaree malee Mucaan horii manatti faxochii onnee qabanessa singilochii like godha namnii jaalataan😊😊😊😊😊😊😊😂🎉
@LelistuuBilisummaa
@LelistuuBilisummaa Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@abrahamtilahun4056
@abrahamtilahun4056 14 күн бұрын
Siridhaa Gotaa Koo Jolee Balchaa Safoo Da
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Ай бұрын
❤❤ Beekumsii Eegumsaa Rabbiin walittii isin haa deebisuu
@maliaasabet1320
@maliaasabet1320 Ай бұрын
Rabbiin waaliit issiin haa debissuu ishaa allaa misikinaa 😢😢😢😢😢😢😢
@MitkeBogale
@MitkeBogale Ай бұрын
anii waggaa afuri jalaadhen dhaabee isiin ji'aa lammaati waalii jalaatani waalii futaan😢😢😢😢
@namakulaqurusum9881
@namakulaqurusum9881 Ай бұрын
Dhugaa rabii annii janajana fi jalalee qabchuu hin. Jaladhu butiiti galuu malee Tole anni dhabadhen afa moo😢😢😢😢😢😢😂😂😂😂😂
@MitkeBogale
@MitkeBogale Ай бұрын
@@namakulaqurusum9881 otuu hin jalaatin otuu hin fatanini namaa sanaa akkaamit bultii kessaa sentee inisoo hin ulftaa argaa jirtaa mitii waraa dafee waalii jalaatee waalii hikee😓😥
@user-dz8jz1jc8c
@user-dz8jz1jc8c Ай бұрын
Kkkkkk dhugaa
@raahimaatubu2784
@raahimaatubu2784 26 күн бұрын
😢😢😢
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 Ай бұрын
Dhiraa qulquluu kuni ayii ❤
@fatamabh2326
@fatamabh2326 Ай бұрын
Qulqilluu tahu maalin beekta isii mana kahe hiryoota isii woliin maaf ola hinii😢
@dearbabbh
@dearbabbh Ай бұрын
Wayiii jalala kan utuu nama akka ke argatani❤❤❤❤
@FatmaKader-rc1vw
@FatmaKader-rc1vw 26 күн бұрын
Sila Torbe 2lati Mal bashanasiftare mushuradhahoo🙄🙄🤔🤔
@HunduuWaaqaan
@HunduuWaaqaan Ай бұрын
Baayyee namatti tola, sagantaan kun baayye natti mijjaaha.
@SimeTolasa
@SimeTolasa 23 күн бұрын
Gotaa kana dhabuu sin gabisisuu salboo namaa
@hanatu
@hanatu Ай бұрын
❤❤❤
@beliabelia
@beliabelia Ай бұрын
Wel come mulee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@WendimuWendimufile
@WendimuWendimufile 22 күн бұрын
Mucan tun rakoo qabdii namnii tokkoo akka hin funee
@WadesaHawe
@WadesaHawe Ай бұрын
Well come ❤❤❤
@ameenaam954
@ameenaam954 Ай бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@rabiyakonjo6860
@rabiyakonjo6860 Ай бұрын
@GaramuTamiru
@GaramuTamiru Ай бұрын
❤❤❤❤❤
@Seenna414
@Seenna414 Ай бұрын
Mucan kun biyya kiyya lakkofsa isa naf ergi Amddiyya
@ameenaam954
@ameenaam954 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢
@SamiraMansour-ny5bx
@SamiraMansour-ny5bx 28 күн бұрын
Hii
@GaramuTamiru
@GaramuTamiru Ай бұрын
Jarjaru.balesitan.dura.walkorachu.qabdu.turtan.isayu.yerokana.jalali.dur.ture.ini.ama.soba
@MisramisraMisra-hr7tq
@MisramisraMisra-hr7tq Ай бұрын
Woontichii hin ulfaataa
@FaaruuTube400
@FaaruuTube400 Ай бұрын
Maaltuu si jarjarsee 😁😅
@hafizajemal9234
@hafizajemal9234 Ай бұрын
8331❤❤❤❤❤
@user-ns1nj5uz7h
@user-ns1nj5uz7h 29 күн бұрын
Kolkoloo ji'aa lama qofaaf kaa jalate
@user-sp3vq7mn3s
@user-sp3vq7mn3s 28 күн бұрын
Arba maltu fide
@user-ns1nj5uz7h
@user-ns1nj5uz7h 28 күн бұрын
@@user-sp3vq7mn3s usii attiilee maalii beektaa wayyee isaa
@Qaalitub
@Qaalitub Ай бұрын
🎉
@user-wg5kb7zy5e
@user-wg5kb7zy5e Ай бұрын
Durbumaa hin qabduu😂😂😂😂😂
@TakkuAddisu
@TakkuAddisu Ай бұрын
Galatomii❤❤❤
@sufeyasufeya873
@sufeyasufeya873 Ай бұрын
Safuu dha abboo ji'aa 2 keessattii futaa ? 😮😮😮
@AbduRahman-zm2no
@AbduRahman-zm2no Ай бұрын
Atii mucaadhaa jarsaa
@rozaragasa9518
@rozaragasa9518 Ай бұрын
Ji.aa 2+torban2 =2.2 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 kuuni mata milaa qabuu torbe 2 waali hikuuni maali
@FaayoAbdala
@FaayoAbdala Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉☝️☝️🤲🤲🤲
@MOHAMMEDMame-vs1jm
@MOHAMMEDMame-vs1jm Ай бұрын
Aboo hamdiyaan tun sagantaa tana osoo dhiheessuu baattee wayya.interview godhaa jirtimoo maali?calliftee maaf hin dhageeffanne?
@user-zu2kb4bx4l
@user-zu2kb4bx4l Ай бұрын
Anatis gaffii natti ta'ee
@ayaaoo-ob3yt
@ayaaoo-ob3yt Ай бұрын
8331 yj fudhee kunoo
@hafizajemal9234
@hafizajemal9234 Ай бұрын
8331❤❤❤❤❤
@AbduRahman-zm2no
@AbduRahman-zm2no Ай бұрын
Atii mucaadhaa jarsaa
@user-sh5ef3ml5f
@user-sh5ef3ml5f Ай бұрын
😂😂😂😂
Yeroo Jaalalaa
20:55
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 21 М.
Mil’uu qorannoo:-  Asallaatti dhugaan haqanqalame, seerri dabe  investimentii gufachiise.
1:03:53
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 14 М.
Secret Experiment Toothpaste Pt.4 😱 #shorts
00:35
Mr DegrEE
Рет қаралды 42 МЛН
Survive 100 Days In Nuclear Bunker, Win $500,000
32:21
MrBeast
Рет қаралды 150 МЛН
Ouch.. 🤕
00:30
Celine & Michiel
Рет қаралды 36 МЛН
路飞太过分了,自己游泳。#海贼王#路飞
00:28
路飞与唐舞桐
Рет қаралды 43 МЛН
Sababa Malee Dhiiseen Deeme
17:27
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 7 М.
Yeroo Jaalalaa: Dhiifama
22:13
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 66 М.
Yeroo Jaalalaa
18:10
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 18 М.
Abbaa Lataa Acting show Qormaata Barattoota Marsaa 4ffaa Kutaa 1ffaa
50:08
Abbaa Lataa Acting Academy
Рет қаралды 21 М.
"Intala fira isaa wajji zilaa dalaga." Dhaddacha Jaalalaa 25ffaa
30:30
Seenaa Kana Murteessuun Dadhabe
17:22
Gemmechis Teshome
Рет қаралды 7 М.
Yeroo Jaalalaa
21:15
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 82 М.
Yeroo Jaalalaa
17:07
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 37 М.
Secret Experiment Toothpaste Pt.4 😱 #shorts
00:35
Mr DegrEE
Рет қаралды 42 МЛН