OBS "Afrikaan dur Liiban jedhamti ture "Dr Gammachuu Magarsaa Kutaa 3ffaa daawwadhaa!

  Рет қаралды 75,122

OBSTV

OBSTV

Жыл бұрын

Dr Gammachuu Magarsaa waa'ee Kuush fi Afrikaa maal jedhan Kutaa 3ffaa daawwadhaa,Gadaa, Maqaan Afrikaa dur Liiban ture

Пікірлер: 153
@matiigtube2868
@matiigtube2868 Жыл бұрын
l learned a lot today from Dr. Gamachu. Thanks a lot.
@worknehfana6244
@worknehfana6244 3 күн бұрын
Umuuri dheera dr Gamachu megerisa
@mobilehome3179
@mobilehome3179 Жыл бұрын
I wish Long life for Dr Gemachu !!
@mulugetagedefa297
@mulugetagedefa297 Жыл бұрын
What a precious person, what a stream of knowledge, what a great Oromo person…long life to Dr Gammachuu Magarsaa.
@user-mu9zt5tp9g
@user-mu9zt5tp9g Жыл бұрын
Please keep bringing this very intellectual man we need to learn more for him may waqqaa bless you and long live. Very honest man
@KayeWandiye
@KayeWandiye 3 ай бұрын
umurii dheerra nuf jiradhu dr
@datospora5770
@datospora5770 Жыл бұрын
AMAZING philosopher! Horaa bulaa Dr. Gammachuu!
@ShedItOff-df4tl
@ShedItOff-df4tl 2 ай бұрын
We need to learn a lot from Dr. Gemechu as he is the encyclopedia of Oromo , We love u Dr.
@TasfayeRagasa
@TasfayeRagasa 8 ай бұрын
Nama jabaa oromoo waa'ee oromoo beekuf nuuf gumaache Waaqni oromoo umuriikee irra irratti siif haadabalu fayyaaf nagaa nuuf ta'i I respect you
@daveandnaolshow
@daveandnaolshow Жыл бұрын
thank you!! Dr Gamme
@mameemamee6707
@mameemamee6707 Жыл бұрын
Rabbiin umurii kessen nufii haa dherrassuu dr gammachu kabajaama nama
@tejitugutema1394
@tejitugutema1394 Жыл бұрын
❣️❣️❣️🤴🤴⭐️⭐️💎💎 Dr. Umurii dheeraadha 🌟🎁🌺🌺🌺🤴🤴⭐️⭐️💎💕
@bullootube47K
@bullootube47K Жыл бұрын
umuuri dheera nuuf jiradhaa dr
@sifsintube5182
@sifsintube5182 Жыл бұрын
Rabbiin umurii keessaan nuuf haa dheereessu hayyuu keenya ❤
@Shaanqqo
@Shaanqqo 9 ай бұрын
You’re speaking for me, thanks.
@bonsagirma7060
@bonsagirma7060 Жыл бұрын
He is walking library. Much respect to you sir.
@senidagnu7124
@senidagnu7124 Жыл бұрын
Dr.Gemachu is our legendary and scholar. He is the most educated Oromo, specially has studied deep in Oromo culture and religion. We, Oromos are really owe him. We pray God to give him long live.
@user-qt2oo4ic6v
@user-qt2oo4ic6v 9 ай бұрын
Gooticha oromo
@zeydaanhasan8544
@zeydaanhasan8544 Жыл бұрын
I appreciate Honor Dr Gamachuu Magarsaa the legendary one
@ashenafitadese88
@ashenafitadese88 Жыл бұрын
Thank you for sharing
@gadaanet
@gadaanet Жыл бұрын
Jaalalaa fi kabaja guddaan isiniif qaba🙏 Uumurii nuuf dheeradhaa Hayyuu keenya!
@TolaJambo
@TolaJambo Ай бұрын
Jiraadhu Dr.
@mjbmoha9153
@mjbmoha9153 Жыл бұрын
Nuujabaadha inshaalaah nibilisomna tokuma nuujabeesa
@adamushagermosusha2910
@adamushagermosusha2910 Жыл бұрын
My warmest Thanks to Rift's Valley University
@chaliihaile2056
@chaliihaile2056 Жыл бұрын
Long life Dr Gamachuuu❤️❤️❤️❤️
@leenjisooleeqaayaya-fp2kz
@leenjisooleeqaayaya-fp2kz Жыл бұрын
Dr gammchuu magarasaa barsiisaa seenaa qabeessa dhugaa jallate dirisee nama barsiiu tahuu keetiin baayyee galatoomi umrii nuu dheeradhu
@tajiruabdela3326
@tajiruabdela3326 Жыл бұрын
Galaatomi Hayyuu keenyaa Dr Gammachuu keenyaa, umriin nuuf dheeradhuu.
@yomifmerga8998
@yomifmerga8998 Жыл бұрын
yaadaa baayee gaarii kaftanii jabaadha warraa OBSTV
@BiruBekele-xc7mr
@BiruBekele-xc7mr 3 ай бұрын
1000 nuuf jiraadha lencaa keenyaa
@meriyamakedir3983
@meriyamakedir3983 Жыл бұрын
Hayyuu kenyaa rabbiin umur isin haa dherreessuu
@wahdaniyims-ms1qn
@wahdaniyims-ms1qn Жыл бұрын
Nuujabaadha inshaalah nibilisoomna tokkumaaa nuujabeesa
@gudetabikila1462
@gudetabikila1462 Жыл бұрын
Waaaw
@gldadacha
@gldadacha Жыл бұрын
The doctor has stayed in Boran and learn a lot from Boran elders. I learnt most of what he saying from my father and other elders in Borana
@Diriba_Fufa
@Diriba_Fufa Жыл бұрын
Umurii dheeraan isiniif hawwa.
@SABAAF.tube7740
@SABAAF.tube7740 2 ай бұрын
Dr Gammachuun jabaa jechoonni inni dubbatu namatti toluu dha❤❤
@onogoreannani3818
@onogoreannani3818 Жыл бұрын
Horii buli dr gammachuu❤❤❤❤
@hundeelias3170
@hundeelias3170 Жыл бұрын
Thank you! Dr. OBS baayyee galatooma.
@MdAmin-ho6nu
@MdAmin-ho6nu Жыл бұрын
Galatooma Dr gammachuu itti nuufufa
@megersadiriba7207
@megersadiriba7207 Жыл бұрын
Umrii dheeraa qabaadhaa Hayyuu keenya!!!!!!
@belyanjemalbelyanjemal-6550
@belyanjemalbelyanjemal-6550 Жыл бұрын
Dr gammee qaroofi qaroomina oromo hiddakoo lubbuunkee haa dheeratu ulfaadhaa horaa bulaa
@abdulbasitoumer8824
@abdulbasitoumer8824 Жыл бұрын
long life to our HAYU DR GEMECHU
@ibsaligdi1853
@ibsaligdi1853 Жыл бұрын
Rabbi umurii keessan nuuf hadheressu.
@mergaamanuel9988
@mergaamanuel9988 Жыл бұрын
Seenaa guddaan baraadhe ani waan kana irraa kanaaf jabaadha itti fufa amma iyyuu
@ashenafitadese88
@ashenafitadese88 Жыл бұрын
Oromos are blessed to have such intellectual person
@senidagnu7124
@senidagnu7124 Жыл бұрын
What is the name of this book? The book that our legendary Doctor (PHD) holds on hand and shows.
@ibsagmd
@ibsagmd Жыл бұрын
Dhugumatti haasaan hayyuu kanaa hin quufamu. Waanin isin komadhummoo kukkutameet dhiyaate. Otoo kukkutuu baattanii akkuma jirutti dhiyeessitanii baay'ee irraa baratama ture.
@bruk_1250
@bruk_1250 Жыл бұрын
Dr.Gammachuun hayyuu Oromoo ta'uun isaanii nama boonsa.Garuu hubannoon Gadaa isaanii garri caalu ka Gadaa Booranaa natti fakkaata,Gadaa Gujiille itti dabalachuu qaban jedhee yaada...caalaatti waan hedduu hubachuu malu.
@beekaadabalee1931
@beekaadabalee1931 Жыл бұрын
Warri obs baayyee laftani jirtuu please midiyaa kana sirritti jabeessa qaba camera seeran waaraba
@yasinoljira5313
@yasinoljira5313 Жыл бұрын
Let me learn who am I again and again before the pass of such Hayyuu person, Long live Jaarsa durii nama dhugaa!!
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 Жыл бұрын
Guddaa Guddaa Galatoomaa ❤️💚❤️🙏🙏👏 Translate to English
@ahmedhussen9085
@ahmedhussen9085 Жыл бұрын
እጂግ በጣም እናመሰግናለን የራያ አዞቦ አባቶችን ባላባትነት ማውሳታቺሁ አደንቃለሁ በሁለቱም ብሄር ለዘመናት ሲጨፈለቅ የነበረ ግን ለሁለቱም ወጥሮ የያዘ ኣንበሳ ህብረተሰብ ነው ራያ ራዩማ
@waltejitola3337
@waltejitola3337 Жыл бұрын
Mootii hayyuu oromoo gumbii bekumsaa dr gamachuu koo leencaa fakkii nama💔💚💔
@aliyemohammed942
@aliyemohammed942 Жыл бұрын
Wow wow akkana
@tamjen4281
@tamjen4281 Жыл бұрын
I love Dr Gemechu
@sabonarufa5146
@sabonarufa5146 Жыл бұрын
Galatooma hayyuu keenyaa
@AlexGuta-yq1uq
@AlexGuta-yq1uq 4 ай бұрын
Ummurii nuu dheradhaa
@getachewlegesse8206
@getachewlegesse8206 Жыл бұрын
Nama jabaa, nama gameeesa, nama guddaa oromon qabu Dr.Gammachuu
@AbyatarSeyoum
@AbyatarSeyoum Жыл бұрын
The Legendary and precious man !!! My God !!!! What a knowledge !!!!
@lelisaberhanu5286
@lelisaberhanu5286 Жыл бұрын
OBS 💗💗👍👍👍👍👍🤝🤝🤝🙏🙏🙏
@shabaleeshow1134
@shabaleeshow1134 Жыл бұрын
Nama Oromoon kunuunfachuu qabu Dr. Gammachuu
@quufaanziq4015
@quufaanziq4015 Жыл бұрын
JABAADHU ❤❤❤❤❤❤❤
@ibsaligdi1853
@ibsaligdi1853 Жыл бұрын
Waa'een Dr Gammachuu safuu nama jechisiisa. Nuuf bula.
@adamushagermosusha2910
@adamushagermosusha2910 Жыл бұрын
Ethiopian constitution brought into effect in 1991 is one of the best in the world
@getebekele5851
@getebekele5851 Жыл бұрын
God bless and give you Dr Gamachu long life you are the eye of Oromo people I learned many things .aI learned different words I never heard before that is mostly this generation we don’t know about ourselves I really appreciate the way you teach us . Galatoom Rabbi umurii kessaann yadheressuu isiin qarroo ijjaa Oromo tii !!!!!❤️❤️❤️❤️❤️
@jiruulfata53
@jiruulfata53 Жыл бұрын
Jiraadhaa dhiiroo waan garridhaa
@dagnewakjira7377
@dagnewakjira7377 Жыл бұрын
Wantoota amma Dr. Gammachuun haasawan Kuni guddaa dansa! Maqaan lafaan moggaafame hedduutu jira!
@mulukenkebede5361
@mulukenkebede5361 Жыл бұрын
''Rakkoon Ethiopia Oromoodha, Rakkoon Oromoo Ethiopia dha,... Ethiopian biyya miti, It is Project''!!! Dr. Gamachu Magersa, moving libirary
@jaleneyadeta783
@jaleneyadeta783 Жыл бұрын
👏👏👏
@daratuahamad8482
@daratuahamad8482 Жыл бұрын
Jabadha jabaa nama baromsa garidha
@danibultum4444
@danibultum4444 Жыл бұрын
Genius guy
@shimelisroro7416
@shimelisroro7416 Жыл бұрын
The Oromoo legendary Dr. Gamachu.
@mohammedtussa4847
@mohammedtussa4847 Жыл бұрын
Galatoomaa hundii keessanu Galatoomaa hundii keessanu Galatoomaa
@lelisaberhanu5286
@lelisaberhanu5286 Жыл бұрын
❤❤❤
@user-by1mw9ws5t
@user-by1mw9ws5t Жыл бұрын
@Mosisa.1k
@Mosisa.1k Жыл бұрын
💗💗💗💕💕
@tajudendawud7138
@tajudendawud7138 Жыл бұрын
one of the hero oromo dr. gamachu
@amankedir7470
@amankedir7470 Жыл бұрын
Ajaa'iba Dhaayeenii fi Abbichuun Shaashamannees jira!
@abdissamoges8512
@abdissamoges8512 Жыл бұрын
Bereda👍Bereda👍Berda👍Bereda👍❤️❤️❤️❤️ Beka Kena👍 ❤️❤️❤️❤️❤️
@habibdebo-uc2si
@habibdebo-uc2si Жыл бұрын
Haw can i get these book
@KeenbonTube
@KeenbonTube Жыл бұрын
jabaaa keenyaa nuuf buli
@robsenguta3321
@robsenguta3321 Жыл бұрын
Bakka itti hawaasumma itti geggeessinu hinqabnu/bakka awaalchaa hinqanu:bakka waaqeffannu hinqabnu/gaaffiin kun akka amantaa waqeffataatti kan ka'edha??/Ani Roobaa Dirree Dawaa irraa galatooma waan guddaa irraa baradheera!.
@dararotadase5309
@dararotadase5309 Жыл бұрын
ajaa'iba Dr
@muhammedahmed1786
@muhammedahmed1786 Жыл бұрын
Dr. Gammachuu kun hayyuu guddaa an dur irraa kaasee fageenyarraa hordofaa tureedha, ammaas akkasuma, kitaaba isaanii isa waggaa lamaan dura barreessaan sanis dubbiseera, garuu an nama guddaa qaalii kana isaan umrii isaanii guutuu waa'ee oromoo irratti dadhabaa turan, nuti dhaloonni kiyya wanti tolchuu qabnu nama jabaa kana boqonnaa dhoowwatuu qabna, haala kamiin yoo jettan beekkumsa isaanii kan hammaan gaara himaaliyaa gahu kana irraa hambifachuu qabna, hanga isaan nu affeeranii qofa eeguu hin qabnu, waltajii babal'aa tolfannee isaan affeerree dhaloonni akka irraa baran gochuu qabna. Ammas umrii dheeraa buuf jiraadhaa
@abdissamoges8512
@abdissamoges8512 Жыл бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@tesfayewakgari5059
@tesfayewakgari5059 Жыл бұрын
Gammachuu Magarsaa Ruudaa Kuraa, Abbaa Dhugaa Oromooti !!!
@abdulwahidabadir8122
@abdulwahidabadir8122 Жыл бұрын
Itoophiyaan kan eenyu naan jettee🤔 Abbaashee hin beeku ani🤣🤣🤣 ay dooftoree guddaa galatoomaa👏👏👏
@shukriabdulahi9215
@shukriabdulahi9215 Жыл бұрын
How
@girmishshow430
@girmishshow430 6 ай бұрын
hayyuu cimaa
@ibsaligdi1853
@ibsaligdi1853 Жыл бұрын
Gaaffii dhihessuun keessan gaarii dha garuu gaaffii keessan tokko tokkoon dhihessuu irra ni bayyiftan ni dheeressitanis.
@GemechuAmenu-io8oc
@GemechuAmenu-io8oc Жыл бұрын
Jaalalaa fi kabaja guddaa hayyuu keenyaaf qabu ibsuun barbaada, Lubbuu nuuf haa dheeratan!,
@heyderumer2498
@heyderumer2498 Жыл бұрын
dhugaan isin faana haa ta'u! dubbisuun baay'ee barbaachisaadha. haa ta'uu male, plat form'n dubbisaa hayyootaan osoo irratti mari'atame fooyya'insi taasifamee gaariidha.
@waaqayyoongalateeffadhaa9459
@waaqayyoongalateeffadhaa9459 Жыл бұрын
Guddaa galatoomaa. Of baruu kana ittuu nu barsiisaa adaraa.
@worldlovevideochannel5232
@worldlovevideochannel5232 Жыл бұрын
maqaa kitaaba sana natti himamee
@hawajamal128
@hawajamal128 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@gudetabikila1462
@gudetabikila1462 Жыл бұрын
Galatoomaa
@SegniHambisa
@SegniHambisa Жыл бұрын
namoota oromoon qabu isiniidha .galatooma
@ijiguolana3474
@ijiguolana3474 Жыл бұрын
Nama guddaa
@walkgl0475
@walkgl0475 Жыл бұрын
Namini dukana kesa demu fagoti ifawahi yoitimlte haga bira gahuti irifate itidema najela dhmitifi jabadha itifufai galatoma
@asheetuasheetu427
@asheetuasheetu427 Жыл бұрын
Guddaadha
@belyanjemalbelyanjemal-6550
@belyanjemalbelyanjemal-6550 Жыл бұрын
Hedduu galatooma kitaabkana afaan oromoottibhiikanii dubbistoota biraan gahuu irratti collaborate godhanii akka nuuf ummata biraa haanuuf gahan Jenna nutis immoo dubbisuudhaan gahee keenya bahachuu qabna. Ankajedhu Dr gammachuu kana maaluman godhaaf anoo waa hin qabuu maaluman badhaasa kennaaf lammiiko doktara keenya umriin keessan fayyaa waliin haadheeratu ijji hamaan isin hin argin argitus dhadhaa ibidda seente haataatu horaabulaa
@getebekele5851
@getebekele5851 Жыл бұрын
What is the name of book and where we can get it
@muhammedahmed1786
@muhammedahmed1786 Жыл бұрын
Adama bilisummaa book store if you want I can send you their phone
Afrikaan duraan Liiban jedhamti - Dr Gammachuu Magarsaa
34:02
Heartwarming moment as priest rescues ceremony with kindness #shorts
00:33
Fabiosa Best Lifehacks
Рет қаралды 38 МЛН
A teacher captured the cutest moment at the nursery #shorts
00:33
Fabiosa Stories
Рет қаралды 7 МЛН
New model rc bird unboxing and testing
00:10
Ruhul Shorts
Рет қаралды 24 МЛН
Anadhufu Gammachuu(PhD) 01 10 2011
1:48:41
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 76 М.
Tigray Media Network ፈኸራ ወዲ በሻሻ  Jul 25, 2024
Tigray Media Network
Рет қаралды 593
Seenaa Dr. Haile Fida/Hailee Fidaa ***New Video**
55:57
Finfinnee Tube
Рет қаралды 13 М.
Heartwarming moment as priest rescues ceremony with kindness #shorts
00:33
Fabiosa Best Lifehacks
Рет қаралды 38 МЛН