OMN: Dhaddacha Dubbii Ajajoota WBO Zoonii Kibbaa Gujii fi Booraanaa

  Рет қаралды 97,397

OMN

OMN

3 жыл бұрын

Пікірлер: 203
@lattuoromiyaatube2467
@lattuoromiyaatube2467 3 жыл бұрын
Yooyyaa OMN qaroo sabaa🤝♥️💚♥️ WBO Koo wabii sabaa kootti ♥️💚♥️ Obboolotta kiyyaa kan Muslimaa I'd Mubarak bagaa geessan♥️💚♥️
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 3 жыл бұрын
Aamiiiiiiiiiiiiiiiiin haadhoo koo galatoom ❤💐🤩😍🌼😘🌺💚💋
@oromiawallaggaa3468
@oromiawallaggaa3468 3 жыл бұрын
Galatoomaa OMN. Rabbi humna isiniif haa tahu WBO koo jabaadhaa isin sobanii olala kijibaa isin irratti ofu duubatti hin deebi,inaa qabsoon itti fufaa
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 жыл бұрын
kzfaq.info/love/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ
@amanehusen815
@amanehusen815 3 жыл бұрын
Guyoo.jabadhuu rabbii sii haa.eguu.yaa.umataa.musulimaa.bagaa.nagayani.getani.
@hawwiiwallaga4149
@hawwiiwallaga4149 3 жыл бұрын
Guyyo koo marroo illee nuuf dhiyesi obbollewwaan musilimaa bagaa sommaa hikkaa gessanii hundi keessani💔
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 3 жыл бұрын
Aamiiiiiiiiiiiiiiiiin lubbuu koo galatoom 🌺😘🌼😍🤩💐❤
@yaykubyahkubaliyi2988
@yaykubyahkubaliyi2988 3 жыл бұрын
Aamiin Galatoomi
@Lenashhhgrr
@Lenashhhgrr 3 жыл бұрын
Rabbi isiin haa gargaru yoo isin kaa haqan demtan t.ee yaa gachana koo ❤️❤️❤️❤️❤️💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻💪🏻
@dhaltuu.xiyooyutubii9658
@dhaltuu.xiyooyutubii9658 3 жыл бұрын
Assalamu Alaikum Warahmathullahi Wabarakathuhu obleewanii kiyaa hundii kesnuu mashaallaa mashaallaa jedhee yes good Galatoma WOB Oromiyaaf Bilisummaa Oromiyaaf Bilisummaa inshaallaa yaa rabbii jedhee nufiibirmdhuu yaa rabbii niinjfaa yoo rabbii jedhee niinjfaa niinjfaa niinjfaa inshaallaa yaa rabbii jedhee obleewanii kiyaa hundii kesnuu
@ummuusaaad934
@ummuusaaad934 3 жыл бұрын
Rabbiin isin haa gargaruu wbo koo🌹🌹🌹🌹
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 жыл бұрын
kzfaq.info/love/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ
@madinaintalaxiqii5488
@madinaintalaxiqii5488 3 жыл бұрын
Jabadhaa waan gaarii eegaltan
@jiraabuuleebaariiargufu2220
@jiraabuuleebaariiargufu2220 3 жыл бұрын
OMN 🐅🐅🐅💪💪💪
@zeynababanto618
@zeynababanto618 3 жыл бұрын
well came OMN and Guyyoo Wariyoo yoyaa Amallee Yoyaa ❤❤❤💚💚💚❤❤❤🌹🌹🌹💚💚💚
@kamaligamachu239
@kamaligamachu239 3 жыл бұрын
Jabadhuu WBO leencha oromo oromiyyaa
@rokaynasalhab2355
@rokaynasalhab2355 3 жыл бұрын
Jabadha qomokoo😘💘💘
@urjiiarsiisanyiijawarmuham8090
@urjiiarsiisanyiijawarmuham8090 3 жыл бұрын
Yaa rabbii kiyyaa nuu birimadhuu gofitaa kiyyaa
@tejitugutema1394
@tejitugutema1394 3 жыл бұрын
❤️💚❤️💕💕💕💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿💪🏿WBO koo rabbii siifanaa atahuu 🌟🌟🌟#AbiyMustDown
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 жыл бұрын
kzfaq.info/love/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ
@megpanlican3056
@megpanlican3056 3 жыл бұрын
WBO wobii Sabba waqaayyoo isiin walii haa jiratuu 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@ehetefita9665
@ehetefita9665 3 жыл бұрын
Guyyo koo eebbifami siijalana atinama adarti guyyokoo nujiraadhu
@user-zx3kr2db1q
@user-zx3kr2db1q 3 жыл бұрын
warra Omn Jaal maroo Nuuf Dhiheessaa💪
@heywet
@heywet 3 жыл бұрын
Abiy is Eritrean. His mother from Eritrean and his father from Tigray. but his father Abreha, do not want to raise Abiyot. He throw Oromiyaa Beshasha. Because Mr Abreha have a family and high position of Ethiopia Mengestu H/Maryam government. Abiyot Abreha, He doesn't have one dropped off Oromo blood.this is true history of "Abiy Ahmed"
@mammesheekaa7036
@mammesheekaa7036 3 жыл бұрын
Marroo nuuf dhiheessaa maaloo
@gemetube7713
@gemetube7713 3 жыл бұрын
Guyyoo galatoomi. Waraani bilisummaa oromoollee jabaadhaa!
@misoromo5224
@misoromo5224 3 жыл бұрын
Jabadha jabadha jabadha 💪💪💪💪💪❤️💚❤️
@zeeynabaazeeynabaa637
@zeeynabaazeeynabaa637 3 жыл бұрын
Mashaallah wan gaarii ABDII GUDDAA JIRA WBO wabii sabaa jabbaadhu leencaa bosonaa 🐅🐅❤️❤️🌳🌳❤️❤️🌳🌳❤️❤️🌳🌳❤️❤️✊✊
@halimaorotube2314
@halimaorotube2314 3 жыл бұрын
Wbo koo jabadha abdiin keenna issinifi rabbi gudadha
@nornnora4989
@nornnora4989 3 жыл бұрын
Dhugaa Rabii🐅🐅🐅😢😢😢😭😭😭😭
@getuturuna4511
@getuturuna4511 3 жыл бұрын
Jiraadhuu WBO kooti
@cellandsell9245
@cellandsell9245 3 жыл бұрын
Nimoon jabadha
@dinawbo5274
@dinawbo5274 3 жыл бұрын
waan gaariidha ajajoota waranaa hudaa iyyu nuuf dubbisii OMN qilleensatti nuuf deebisaa
@mrymm5333
@mrymm5333 3 жыл бұрын
Goyyoo rabbin si haa eguu ilmaa sabaa baga nagaya dhuftee🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@mulatadhadacho6986
@mulatadhadacho6986 Жыл бұрын
Guyoo wariyoo we Love to watch you 24 Hours Ever day
@fardushassan7588
@fardushassan7588 3 жыл бұрын
Keep going WBO ❤️🌳❤️🌳❤️💯💯🐅🐅💪🏻💪🏻💪🏻
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 жыл бұрын
kzfaq.info/love/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ
@oc4949
@oc4949 3 жыл бұрын
WBO💪💪💕💕💕
@user-jm4mk2vf3e
@user-jm4mk2vf3e 4 ай бұрын
As wr wb yaa waarraa OMN nuuf jabaadha ija umaata oromoo.
@yigezubeyene4303
@yigezubeyene4303 3 жыл бұрын
Nama ajeesuun aadaa nefxenya ti
@selamademsung5995
@selamademsung5995 3 жыл бұрын
እግዚአብሔር ሆይ ኦሮሚያን ስላምአድሪግ አንድነትን ስጥ ጌታዬ ሆይ አገራችንንስላም አድርግልን 😭 የኦሮሚያነገር በጣም ያሳዝናል ምንአለአንድብትሆኑ የሚሞተው ሰው አያሳዝናችሁም ግን እስከመቼነው ስውየሚሞተው ግን አሁንበስልጣን ላይያላችሁ በእግዚአብሔር አንድሁኑየሚትፎካከሩ የፖለቲከኞች አንድሁኑእስከመቼ ነውየሚትገዳደሉት ግንስው በእግዚአብሔር ጊዜይሙትእንጂ እንዴትየሀሳስ ልዩነት ስላለትግዳደላላችሁ በጣም ያሳዝናል 😭😭 ምንአለ ያለው ችግር በመነጋርችግርየሆነውነገር ብትፈቱ መልካምነው በጣም ያሳዝናል ደገሞኦሮሞኦሮሞን ሲገድልበጣም ልብይስብራል 😭😭🤲🤲🙇 ለእግዚአብሔር የሚሳነው ነገር የለም እና ስላሙንያምጣልን የታስሩትቱፈቱው ኦሮሚያ ስላምትሁን ፍትህ ለጀዋርፍትህ ለአቶበቀለ ፍትህለሀምዛ ፍትህ ለታስሩት ሁሉ ፍትህ ለኡጫሉ ፍትህፍትህ በእግዚአብሔር አንድሁኑ
@hayuaman4344
@hayuaman4344 3 жыл бұрын
aminnnnn fitihn selamn yistan betam yamal yaa oromooo nageri 😔
@suwekalid5408
@suwekalid5408 3 жыл бұрын
Welcome Guyyu dire irra
@mariamsaid2086
@mariamsaid2086 3 жыл бұрын
Welcome OMN Ijaa fi guraa umata guyoo kena qalii rabbii sii haa tisuu jali maroo nu dhiyesii ama bilxiginanii haa gubatuu
@khadijah2570
@khadijah2570 3 жыл бұрын
ቢስሚላህ ረህማን ኢረዕም እላህ ፈጣሪ አምላክ 🤗 ይጠብቃቹህ የኦሮሞ ብሔረሰቦች 🕋🌙👑🌹🤗💖💝💗🎁🎀 እድ ሙባረክ
@AlliceMatta
@AlliceMatta Жыл бұрын
❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@AlliceMatta
@AlliceMatta Жыл бұрын
🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤🌳❤
@husseinabdiseffaro9112
@husseinabdiseffaro9112 3 жыл бұрын
Jabaadhaa WOBO👍
@aishaaisha9327
@aishaaisha9327 3 жыл бұрын
😍😍😍😍😍😍anii hadhufuu qomoo koo Qallii koo nuf jiradhuu Leeccaa fakii namaa💪💪💪
@jjaa5703
@jjaa5703 3 жыл бұрын
OMN Midiyaa Haqqa 💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛💛
@mulatadhadacho6986
@mulatadhadacho6986 Жыл бұрын
Iam watching omn media Journalist Guyoo wariyoo Ibriham Barue unigada they are the best oromia Media Journalist
@masoudahmed3714
@masoudahmed3714 3 жыл бұрын
WBO KOO 😍😍😍😍 Rabbin sin haa eguu Lencoowan koo Jabadhaa
@beshabelay8701
@beshabelay8701 3 жыл бұрын
Wel come guyoo first
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 жыл бұрын
kzfaq.info/love/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ
@jamilahgalatomisanyiikoo1231
@jamilahgalatomisanyiikoo1231 3 жыл бұрын
Jabadhuu wob koo😍😍😍😍😍😍😍😍👌
@hayatmusa2487
@hayatmusa2487 3 жыл бұрын
Guyoo ko Leenca ko baga nagaya dhuftee
@waliifnimooti974
@waliifnimooti974 3 жыл бұрын
Nuu jiraadha, hamtuu isin hin argini Milkii nuu galaa ,injifannoo kan ummata Oromooti
@mulunashgezaw5040
@mulunashgezaw5040 3 жыл бұрын
WBO KOO JIRAADHAA.
@danatezeta2379
@danatezeta2379 3 жыл бұрын
Guyyo kenyaa jaal marros nuuf dhiyessi jabadha sanyiiwwan koo ykn dhumu ykn fixudha 👍👍💪💪💕💕💕💪💪🐅🐅🐅🐅🐅
@eventhink3253
@eventhink3253 3 жыл бұрын
Mirigaa gaalaa qomoowwaan keenyaa
@eventhink3253
@eventhink3253 3 жыл бұрын
Mirigaa gaalaa qomoowwaan keenyaa
@madinatarboosh1120
@madinatarboosh1120 3 жыл бұрын
Ana dhufuu omn ija fi guraa umataa oromoo fi umata cunqurama rabbii isiin haa garagaruu jabadha waboo Abdi saba
@cellandsell9245
@cellandsell9245 3 жыл бұрын
Nagaa tahaa
@jamelamohamed4855
@jamelamohamed4855 3 жыл бұрын
🙏🙏🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🐅🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲💚🧡💚🧡🙏
@eleisee1236
@eleisee1236 3 жыл бұрын
Wale Came Guyyoo I LOVE YOU VERY 🐅🐅🐅🐅🐅👍👍👍👍👈AMA JAWAR FAREST OROMOO 💓💓💓💓💓💛💛💛💛💛💛💛💛🌳🌳🌳
@yigezubeyene4303
@yigezubeyene4303 3 жыл бұрын
WBN ni mo'a
@amanobatolechaso
@amanobatolechaso 3 жыл бұрын
yooyyaa Guyyoo Waari'oo OMN waliin
@callaacallaa6843
@callaacallaa6843 3 жыл бұрын
Eid mubark guyoo
@abebelamu1303
@abebelamu1303 3 жыл бұрын
Jabaadhaa, qabsoon itti fufaana.
@urjiiarsiisanyiijawarmuham8090
@urjiiarsiisanyiijawarmuham8090 3 жыл бұрын
Wbo koo jajabee koo nuu jiradhuu
@cellandsell9245
@cellandsell9245 3 жыл бұрын
Oromiya frist💪💪💪💪💪💪💪💪
@kekiyaabadhadhatube5524
@kekiyaabadhadhatube5524 3 жыл бұрын
Guyoo wariyoo Marroo Marii sabaa nuf fidii mee
@kalifhusen4397
@kalifhusen4397 Жыл бұрын
Galatomaa omn fi wbon💔💔💔👍🏿👍🏿👍🏿
@aldair3987
@aldair3987 3 жыл бұрын
dhuga ketii 💪💪💪
@makiyaaaliyyii8169
@makiyaaaliyyii8169 3 жыл бұрын
Please Aabba Guyo WBO koo gafii nara itti bayisin Abdi sabako WBO 💪👍
@getuturuna4511
@getuturuna4511 3 жыл бұрын
Good experience thanks
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 жыл бұрын
kzfaq.info/love/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ
@accountingroom9204
@accountingroom9204 3 жыл бұрын
Jabaadhaa
@alainalaemaratgishuamanmag3762
@alainalaemaratgishuamanmag3762 3 жыл бұрын
Dhuguma soban jirata motuman of issatii badii hojatee shanee badii hojatee gafa jedhu hin qafatuu
@emanabdella1577
@emanabdella1577 3 жыл бұрын
Bags.nagaan.dhufte
@maammadabdulmaalik1074
@maammadabdulmaalik1074 3 жыл бұрын
guyyo koo jaalee marroolee nuuf dhiehsaa galatomaa
@seadmohammed7480
@seadmohammed7480 3 жыл бұрын
wahee jawar irratti xiyefadha
@nooreksa1590
@nooreksa1590 3 жыл бұрын
Wolayii dhugaa jedhee Ethiopiaatinii Elee ummataa oromoo irratii akayani saah
@iyyasuusgooftadha1112
@iyyasuusgooftadha1112 3 жыл бұрын
Uuuyýii uuuyýii yaa waaqayyòo ati dhiigaa ilmaa Naga ajjesuu 😭😭😭😭😭😭
@jawarandmarro7230
@jawarandmarro7230 3 жыл бұрын
kzfaq.info/love/cibEt2F40-Fzyw9PhtoxNQ
@netsanetbarkessa2025
@netsanetbarkessa2025 3 жыл бұрын
Ictii egachuun garuu garumaa waan qabuu natii fakataa yeroo hundaa oromoon kan barates kan hin baranees information hundaa hasauun garumaa nati hinfakatuu dinaaf ragaa kenuu ta'aa Yoon Dogogore dhifamaa
@alainalaemaratgishuamanmag3762
@alainalaemaratgishuamanmag3762 3 жыл бұрын
Dhuga wbo haga dandayamuu of adaba jedhe dhabata kamiiyuu malee hin ajesu yero heduu arga jira laka bilbila issanii wajiin gadhisan namnii ebaluu ebaluu jedhamuu hoji bada saniiraa debi' jedhanii gorsanii
@ibrahimabdii8483
@ibrahimabdii8483 3 жыл бұрын
Akanagaa kan oromon isinirraa eguu
@fahadawwal6987
@fahadawwal6987 3 жыл бұрын
Welcome
@muraadbaalee5487
@muraadbaalee5487 2 жыл бұрын
Qaasootaa dhugaa Raaniin garman ha gahuu
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 5 ай бұрын
Makiinaa fiireechaa qabneen tahuugara ifaadheeraa ibsiitii ifjalaa arkuutii hinjiirtuu nuraatiihiikufiin yaadaa
@negesaofficial5702
@negesaofficial5702 3 жыл бұрын
OMN ijaa Oromoo ijaf gurra uummata
@ahsueei2078
@ahsueei2078 3 жыл бұрын
maashaallaa
@AbyatarSeyoum
@AbyatarSeyoum 3 жыл бұрын
Jabaadhaa amma bilisummaatitti
@oromootravelers600
@oromootravelers600 3 жыл бұрын
Biyya kessaafi biyya ala ciftanii hhhhhh aboo guyyoo
@tesfuzerga3258
@tesfuzerga3258 3 жыл бұрын
All Oromoos. Support WBO for ever the future grante for all Oromoo lndependence
@abduhusen367
@abduhusen367 3 жыл бұрын
Guyyoo Koo nu jiraadhuu Abbaa dhugaa
@VdBf-xj7fx
@VdBf-xj7fx 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤.o.m.n❤❤❤
@seadmohammed7480
@seadmohammed7480 3 жыл бұрын
aktivistiivi bekktonni labsii baasa akka hirirra akka banu filanaa akka dura dhabanu motumaan kun takka filamnaan lafaara nufixa akka hin filamne qabsoo kasu qabna filannan durati takka filatamnaan gabruma gudo nu mudata
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 5 ай бұрын
Qabsoorstii hiinqeeqamtuu yaadamakiinaqabnee kanmakiinaa kiraatiin deemuu kankaameeran iraatiigaxamamee kankaameerabeeynee tahuugaraa dhudaawqlaluudha
@aanaashow2403
@aanaashow2403 3 жыл бұрын
Guyo Wariyo Aba-Jirma Ulfaadhu Mataa Dhiira🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@waanfiioromoo9195
@waanfiioromoo9195 3 жыл бұрын
Jabaadhaa ijinfano dhaan gala
@mohammedmudeboru9914
@mohammedmudeboru9914 3 жыл бұрын
Hello Waangaariidha dubbate Gudeeda isaa du’aa san keysaa nama fayyaa eegna waan taheef Nama nagayaa hin ajjeefnu.
@hilwaabdurehman1888
@hilwaabdurehman1888 3 жыл бұрын
Hilwaa Abdurhman
@hilwaabdurehman1888
@hilwaabdurehman1888 3 жыл бұрын
Dhugaa sati
@halimaorotube2314
@halimaorotube2314 3 жыл бұрын
Omn
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 5 ай бұрын
Dhugaadha baradurii makmaaksa bu.aa hadhaalecaa hiimuun namaaheduu ciiqiitii namatokkoqofatuu himuudandahee gafasuumalee isiinjedalodha jeedoo jachuun abaaseraajachuudha garaseradeebi.uu qofaqtuu furmaataa maleehawaasnii badiiqabuu
@dhaltuu.xiyooyutubii9658
@dhaltuu.xiyooyutubii9658 3 жыл бұрын
#Oromoprotests #AbiyMustGo #FreeJawarMohmmed #FreeBekeleGerba #FreeHamzaBorana
@misoromo5224
@misoromo5224 3 жыл бұрын
Wobon oromo miti ormayu one senee jiraaa
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 5 ай бұрын
Qabsoon karaanagahaa madeesuuqabduu ararsuumalee dhukataanii yaaduuqabduu dhadachii ifaadhamalee dukaanamiitii
@hshshshshshsh4959
@hshshshshshsh4959 3 жыл бұрын
ኦኄም በርቱ
@ahmeman346
@ahmeman346 3 жыл бұрын
General marroo Dirribaa Nuuf Dhiyeessaa ✍️
@goldgold7362
@goldgold7362 2 жыл бұрын
Bade.i..abiyi..wumaaaaaaaa
@tuluairata8499
@tuluairata8499 3 жыл бұрын
SHane kana isan jedhanif beektu? WBO jechu waan sodaatanif, maqaa maasoo mogaasanif!
@DidoHalake
@DidoHalake 2 ай бұрын
❤️💚❤️ 💪
@issackhassan8280
@issackhassan8280 3 жыл бұрын
Welcome Guyyoo Wariyo
@JabiirJabiir-pd6il
@JabiirJabiir-pd6il 5 ай бұрын
Jaarsii seeramuuruubekaa ittigafatamuun isaaseeradabsuudha komataamuudandahaa dhadachasaa hikomatamaan serakabachiisuu hotumaatuu dandahaa
@safimohammed7075
@safimohammed7075 3 жыл бұрын
🏆🏆🏆🏆🏆🏆🏆
OMN Horn Odeessaalee Adoolessa 25, 2024
1:08:57
OMN
Рет қаралды 11 М.
Heartwarming Unity at School Event #shorts
00:19
Fabiosa Stories
Рет қаралды 20 МЛН
НРАВИТСЯ ЭТОТ ФОРМАТ??
00:37
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 3,7 МЛН
OMN: Jila KFO Arsii Diida'atti (Amajjii 26,2020)
31:42
OMN ODUU   ADOOLESSA 25, 2024
18:23
OMN
Рет қаралды 8 М.
Turtii Addaa G/A/O ABO-WBO Waliin
1:31:16
KMN .. Voice
Рет қаралды 23 М.
OMN ODUU   ADOOLESSA 24, 2024
21:41
OMN
Рет қаралды 21 М.
OROMIA11: HARAGALFII: Mootummaa Haaraa Fi Muudama Aangoo
27:44
Qophii Addaa: Eebba WBO Zoonii G.Galeessaa
32:18
OMN
Рет қаралды 78 М.