OMN: "Dubbii Cirodhumte" kutaa xumuraa.

  Рет қаралды 56,469

OMN

OMN

5 жыл бұрын

Пікірлер: 148
@freshballer1223
@freshballer1223 5 жыл бұрын
ጀዋር ይህን ንግግር ደጋግሜ አዳምጥኩ። ዶማን ዶማ ማለት በመቻልህ ደስ ብሎኛል። ወቅታዊም ነው። አሁን ሁላችሁም የሚጠበቅባችሁ ፥ ነጻነት ምን ማለት አንደሆን ማስተማር አና ፥ ህዝቡ ወደ ስራ አንዲገባ መንገር ነው። ሰላም ካለ ሁሉም ነገር ዪቻላል።
@tellthetruth5973
@tellthetruth5973 5 жыл бұрын
ትክክል ብለሀል! ሰው ስራ ትቶ ፖለቲካው ላይ ተጥዷል:: አሁን ተማሪው ወደ ትምህርቱ ሰራተኛው ወደ ስራው ነው መመለስ ያለበት::
@newlook3598
@newlook3598 5 жыл бұрын
Abboo rabbini umrii kee nufii haa dheresuu gotaa ijaa dhigaa nufii jiradhuu ijaa hamtuu siraa haa qabbuu
@misraahajjiidhebbuudinniiq8838
@misraahajjiidhebbuudinniiq8838 5 жыл бұрын
jawee koo umirii nuf dheradhuu sabonaa sabaa qaalii fii garii namaa ilimaa oromitichaa Nufii jiradhuu siijalanaaa damaa jechaa akkaa damaa biayuu dubatuuu♡♡♡
@fireenadhii4764
@fireenadhii4764 5 жыл бұрын
jabadhuu jaweee keenyaa akkatti ifaa baasii waqaayoo sii haa gargaruu nageenyi nuf haa dhufuu
@abdataaimaanaa631
@abdataaimaanaa631 5 жыл бұрын
Dhimmi ABO dhimma uummata Oromoo waan ta'eef dawud ibsaa maqaa uummata kanaa balleessuu isaatiif itti haa gaafatamu.
@maderadem6199
@maderadem6199 5 жыл бұрын
You are simply amazing May Allah protect you from evils
@allahmudullillahrabilliall4464
@allahmudullillahrabilliall4464 5 жыл бұрын
MashalaaAllhaa SABONAA DHUGAA 100 DHUGANIkee RABII SIFI HAGALACHUU 💗💗💗💗💘💘💘💘💗💗💗💗❣❣❣❣❣💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
@teferahailu8139
@teferahailu8139 5 жыл бұрын
long live for you Juwar! i believe you for next generation consent like today thanks again for you and we support change ...
@Xayyuu
@Xayyuu 5 жыл бұрын
Jawweeee koo Rabbiin Umrii kee nuuf Haa dheerreessu dhiraa Akka kankee Rabbii oromoof Haa heddummeeysuu❤️🤙
@amenakader8447
@amenakader8447 5 жыл бұрын
Dhugaa rabbii umrii sihaa dherresuu
@Tammee
@Tammee 5 жыл бұрын
jawwweee goota keenyaa jabadhuu
@fufagutama9217
@fufagutama9217 5 жыл бұрын
Tnxs Jawar! U are so smart and influential person
@shaggeeoro
@shaggeeoro 5 жыл бұрын
Jawwee goota koo wan sin madaalun dhabbee umrii qofaa nuf dheradhuu sin jaalanaa yommiyyuu jechii kee dawaa naaf taa'a ❤❤❤❤
@jituuoromiyyaa5312
@jituuoromiyyaa5312 5 жыл бұрын
Dhugaa jettee gootaa kenyaa quqamaa oromoof kan dubbattuu sii qofa kuni angodhaa fi teessoo qabachuuf kataa.jabadhuu.qabsoon dhigaan dhufee kuni akka dubbatti hin deebineef siritti tokkummaa cimsaa malee maaloo saba koo
@sonicblast2767
@sonicblast2767 5 жыл бұрын
Thank you Jawar bless you make me cry .
@shahidashahida4834
@shahidashahida4834 5 жыл бұрын
Yaa jawitee illmaa Abaa gadaa bekaa oroomota rabbii si nu ha bulllchu sanyii waqo gutuu
@nimonanuti8569
@nimonanuti8569 5 жыл бұрын
Thank you Jawar our hero now we got a strong clue .
@stolyboky2469
@stolyboky2469 5 жыл бұрын
As wr wb Abbaa dhugaa Rabbin sijirachiisiu naf jirraadhu umuurii naf Rabbin sahdhereesuu ya jawaa mahamad Abbaa qeerroo Abbaa qaarree Abbaa sabba balaadhaa jirrraadhu nuf bayyeen si jaladhaa walhii
@debrituhalelo8383
@debrituhalelo8383 5 жыл бұрын
ጀዊሻ ዛሬስ መላክ ሆንክብኝ። ይልመድብህ። Nujiradhu.
@kalifakalifa3482
@kalifakalifa3482 5 жыл бұрын
insodattanu cimaa kessan kana dur malif hingallere yaro woyanen angorra jirttu maf galatte biyya kessan tessuure
@waliinwaliinmara1417
@waliinwaliinmara1417 5 жыл бұрын
Umuri dheradhu Dr jawara
@bilalumar7056
@bilalumar7056 4 жыл бұрын
yoo waan rabbbiin isiin uumeef yadataanii yoo hojataan. waan yadaan hundaa rabbiituu isiinif guutaa gargaarsaa namaa hin barbachiisuu. abshiiraa rabbbiin isiin gargaraa. yoo isaa qofaa abddataan milkaa. uu hin shakiinaa ok obboleesoo jajjabadhaa.
@bilalumar7056
@bilalumar7056 4 жыл бұрын
mashaallaah mashaallaah rabbin sii haa milkeesuu. atii garuu akka toluu yoo barbaadee .siif rabbiin gidduu haariiroo kee jabeessii.. salaata shanaan salaatii waqtii ok
@lensaahannii5095
@lensaahannii5095 5 жыл бұрын
Jowar Kenya jabadhuu gotta gotta caluu uuuff sabbonaa
@jdidhddjjd576
@jdidhddjjd576 5 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuf rabbiin mirgaa kee haa goruu jawaar kennaa jabadhuu 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💋💋💋💋💋💋💋💋💔💔💔💔💔💔💔💔
@khalidjamal3207
@khalidjamal3207 5 жыл бұрын
dhugaa jetee Obbo jawar galani kee bilisumma oromotii Rabbii baruu tumssaa fudhatee jawariin nuu ergee galanii ketiii Ya rabbii umrii dheraa sii hawaa
@nimonagareda118
@nimonagareda118 5 жыл бұрын
Waaqni siin kennaadhuma nuuf kenneem !. Uummata oromoon gabrummaan sin ga'a gaafa jedhu si nuuf kaase waaqni nuuf jiraadhu.
@nsralmenhali2474
@nsralmenhali2474 5 жыл бұрын
Dhugaa dhugaa dhugaa jete💋💋💋💋💋💋💋💋😍😍😍😍😍💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋💋
@erasgelalcha6149
@erasgelalcha6149 5 жыл бұрын
Qabsaa'aa fi Falmaa Mirga dhalana Obbo Jawaar Mahaammad Waaqni Oromoo Uumee Addaa fi Addunnaa Siif haa kennu! Dhugaa Dubbatta, Dhugaan dhugaan falmita mo'i!
@nimonanuti8569
@nimonanuti8569 5 жыл бұрын
Jawar a respected son of Abageda we keros are guard of you . we keros totally understand and respect all your moves .
@rdwtruth5165
@rdwtruth5165 5 жыл бұрын
hayyuu ajaa'ibaati ati!
@nimonanuti8569
@nimonanuti8569 5 жыл бұрын
all oromos think what Jawar is saying ......thank you jawar . Both ODP and DAWUD IBSA should take a lesson from this speach .
@ummukaalid4288
@ummukaalid4288 5 жыл бұрын
Abbo rabbin umrii kee sii haa dheeresuu sanyii goota goobazii keena itti himi mee
@ayaneallymo4571
@ayaneallymo4571 5 жыл бұрын
Jawaar Nuufi Jiiradhu Beekaa Keenyaa 💓💓💓💓💓💓💓💓💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗 umurii nuuf dheeradhu
@reewreew6253
@reewreew6253 5 жыл бұрын
💔💘
@hirkotaye3894
@hirkotaye3894 5 жыл бұрын
ulfaadhu horii buli .
@abitiabiti511
@abitiabiti511 5 жыл бұрын
Long life jawe
@rajkumarpalli7271
@rajkumarpalli7271 5 жыл бұрын
umurii dheeraa siif haalatu
@hey1232
@hey1232 5 жыл бұрын
SALUTE OROMO-KOO 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@christinebadede7608
@christinebadede7608 5 жыл бұрын
Jawari is hero really love you
@galgalodhokata8373
@galgalodhokata8373 5 жыл бұрын
ati goota dhugaati
@qawweedagaaga8079
@qawweedagaaga8079 5 жыл бұрын
Yaa qaroo sabaa umrii dheeradhu galatoomi Hayyuu keenya Horii bulli bekkaa malee walallaan sittii hin dhalattin galanii kee billissumaa nuuf haa ta'u
@bifttuulovemahdiibifttuulo5444
@bifttuulovemahdiibifttuulo5444 5 жыл бұрын
Akkaana Lencaa kiya Qabsahaa dhugaa Jawar Bagumaa kennaa tatee Lencaa Abshiir
@kaddijjahussein8971
@kaddijjahussein8971 5 жыл бұрын
Nuu jiradhu lecaa orommo
@makiyajaylan8638
@makiyajaylan8638 5 жыл бұрын
Rabbiin sihaa eguu Jaawar keenaa jiraadhuu nuu Haayuu keenaa
@nimonanuti8569
@nimonanuti8569 5 жыл бұрын
Bravo jawar father of Keros .
@shiferaworomia2661
@shiferaworomia2661 5 жыл бұрын
Too much information is got its ups and down?
@badriabadriya3531
@badriabadriya3531 5 жыл бұрын
bakkuma jirtuti rabbii sii haa eguu
@ketemasheshetu6868
@ketemasheshetu6868 5 жыл бұрын
I love you so much jewar
@sonicblast2767
@sonicblast2767 5 жыл бұрын
Oromo was waiting for you to hear from you the truth what is going on .I think I feel better from know in then .
@nasreldinibrahim3188
@nasreldinibrahim3188 5 жыл бұрын
Maashaa Allah wallahi
@sirajsadam9857
@sirajsadam9857 5 жыл бұрын
Good point
@user-ph4rt5mq7w
@user-ph4rt5mq7w 5 жыл бұрын
Siraj Sadam jawwe
@user-ph4rt5mq7w
@user-ph4rt5mq7w 5 жыл бұрын
Jawwee ko umurin kee hashwratu
@tamiratkeno3625
@tamiratkeno3625 5 жыл бұрын
JAWWAR WAAN OFIIKOO
@dgrhk3861
@dgrhk3861 5 жыл бұрын
jiraadhuuu ❤❤❤❤❤
@hg-xg6pd
@hg-xg6pd 5 жыл бұрын
galatomii ilma oromoo
@haajimahammad3027
@haajimahammad3027 5 жыл бұрын
As wr wb obbollesa kiyya ani telephone kankeetin fedha please sms for me KZfaq kiyya haaji mahammad nagatti namni akka keetii oromoof tahu hin jiru kanaaf umrii maalaykotaaf kenne siifhaa kennu bi'iznillaahi tana ani wannin siif kadhu yeroo mara atis wanni naafkadhattu atis sin xiqqeessinii qofa!!!!
@oweysigolo7093
@oweysigolo7093 5 жыл бұрын
Rabbiin umrii sii dhersu
@ceritotesgera8023
@ceritotesgera8023 5 жыл бұрын
Dhugaa dubbaatte.ijaa hamtuu sirraa haa qabu abboo.horii nuuf bulii gooticha oromtichaa
@halimagamada7716
@halimagamada7716 5 жыл бұрын
Masha Allah
@sirajsadam9857
@sirajsadam9857 5 жыл бұрын
Long life jowwar
@samiruuabdii984
@samiruuabdii984 5 жыл бұрын
Atii umurii kee haa dheeratuu Jiraadhuu jiruu garii dhugaa kanii dubbatu siiqofaa
@bradjohnson6427
@bradjohnson6427 5 жыл бұрын
As long as Lenco bati, kemal and dawud involve in the matter, it is apparent that conflict is inevitable. Why would any healthy person like president Lemma give a role to one side of warrring parties. It is irresponsible to let these individuals divide Oromo to irreversible destine.
@guddattuuraagassaa7372
@guddattuuraagassaa7372 5 жыл бұрын
Jower.keenyaa.ati.dhugumaa.gootaa.dhugati.uuuufffff.waqy.umuri.dheraa.siifaa.kennu👍👍👍👍👍👍👍👍
@tellthetruth5973
@tellthetruth5973 5 жыл бұрын
If they were really fighting for their people all these years then it will not be an issue. But since all they were dreaming for is power they will never get along and they will divide the Oromos which will cause a self destruction.
@halimagamada7716
@halimagamada7716 5 жыл бұрын
Mash Allah jawar keenya
@salimabayeenagalatoomietho5882
@salimabayeenagalatoomietho5882 5 жыл бұрын
puna puniki jiradhuati
@salimabayeenagalatoomietho5882
@salimabayeenagalatoomietho5882 5 жыл бұрын
Guddattuu Raagassaa bagaadhalatee ati
@abdataaimaanaa631
@abdataaimaanaa631 5 жыл бұрын
Siyaasni biyyaa keenyaa kan nuuf hubatamu haasawa jawwaariinidha.......OMN (jawar) sagalee uummata oromooti. ..
@zewdutiruneh
@zewdutiruneh 5 жыл бұрын
jiraadhuu goota namaa
@abdataaimaanaa631
@abdataaimaanaa631 5 жыл бұрын
Ati barsiisaadha. Barsiisaa keenya.
@anuwarmahammed9614
@anuwarmahammed9614 5 жыл бұрын
baankii wallagaa caabe wbo baankii miessotti cabe warra baankii
@ameenaameenaameenaameena2522
@ameenaameenaameenaameena2522 5 жыл бұрын
💪💪💪💪💪
@gininatube8222
@gininatube8222 5 жыл бұрын
Jawwee.........impuaaaaaaaaaaaaaaaaa
@helloeveryone9557
@helloeveryone9557 5 жыл бұрын
nuuf jiraadhu 😍😍😍😍😍😍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@asfawgelan7586
@asfawgelan7586 5 жыл бұрын
nuuf jiraadhu hayyuu keenya!!
@ahimedinkeru6157
@ahimedinkeru6157 5 жыл бұрын
Beekumsa kee rabbiin sirraa hinfudhatin
@geletat.mohammed6822
@geletat.mohammed6822 5 жыл бұрын
keep it up !
@bilalumar7056
@bilalumar7056 4 жыл бұрын
walgaa. ii keessaan jiraa jettee abadaan salaata hin dhiisiin.umataa wajjin waan yeroo teesan duraan galataa rabbiif galchaa .sa.atii 24 gutuu wa. ee siyaasaa qofaa hin dubaatiina .zikiirii rabbbiis yadadha .aduniyaan gababdudhaa.
@zaaraabdallah333
@zaaraabdallah333 5 жыл бұрын
Galatomii jawar kenyaa umrii dhiradhuu
@kalibakalikaliba7628
@kalibakalikaliba7628 5 жыл бұрын
Umrii nuuf dheradhu jawee keenya
@bontuushewa1075
@bontuushewa1075 5 жыл бұрын
💝💝💜💜💜💜💛💛💜💜💔💔💔💔💔💔💕💔💛💜💕💕💜💜💔💔💛💛💔💕💕💜💛💜💜💜💛💛💜💜💔💔💜💔💔💜💔💕💕💜💔💔💕💕💔💔💔💔💕💕nuuf jiraadhu .Jawwar
@zenabz622
@zenabz622 5 жыл бұрын
Galanii kee biliisuumaa haa ta'uu leencaa oromiyaati badhaasaa oromoo sanyii lencaa
@tesfasolomon2484
@tesfasolomon2484 5 жыл бұрын
long life jawee
@bintiiislamarsiibaha3142
@bintiiislamarsiibaha3142 5 жыл бұрын
Nufii jiradhu lenca
@rahmeehr5584
@rahmeehr5584 5 жыл бұрын
Jawee malee kaadhuugaa dubatuu hin jiiruu
@christinebadede7608
@christinebadede7608 5 жыл бұрын
Jawari kiyaa nufi jiradha dhumri dhugaa pabsaye
@genetadmasu5894
@genetadmasu5894 5 жыл бұрын
Obbo Dawud qeeron hoolaa miti.
@ahimedinkeru6157
@ahimedinkeru6157 5 жыл бұрын
Jawaar leenca dhugaati nuuf jiraadhu
@nimonanuti8569
@nimonanuti8569 5 жыл бұрын
God bless you JAWAR . you are so nice person who understands feelings of people . Long live Jawar our hero .we love you man .
@qamaruoromo2380
@qamaruoromo2380 5 жыл бұрын
💋💋💋💋💋💋💙💙💙💙💙❤️❤️❤️💚💚💚💚Buullii jaweeeee kenna
@asdfasfg5906
@asdfasfg5906 5 жыл бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
@rabdurahman739
@rabdurahman739 4 жыл бұрын
Yaa warra parti oromoti ofiin jettan yo ummat yaddan fayida rakko kessan dhisa furmata ummataf wali gala isiin kan walii hin galle akkamin ummata miliyona 50n walii galuuf kan ummata kenya ficisisuf sababa gudda ta aru warra parti siyasati hacalunile jedhe kana mee yoo dhuguma hacalu jallatan kayyo isa bakkan genya jettan rakko fayida kessan dhisa ummataf dursa kenna
@user-ro9to6xx2z
@user-ro9to6xx2z 3 жыл бұрын
ስወድክ 😍😍💚💚💙💙💜💜
@esaesaa5796
@esaesaa5796 5 жыл бұрын
Jawwee keenyaa bar ati leencuma
@makiyajaylan8638
@makiyajaylan8638 5 жыл бұрын
👍👍👍❤❤❤❤1000
@ahmadinmussatube2371
@ahmadinmussatube2371 5 жыл бұрын
Dhugaan jirtu kanuma ..J.M NUUF jiraadhu ...
@finfinenkanoromodh6750
@finfinenkanoromodh6750 5 жыл бұрын
Jawee umrii dheradhuu
@fawadfawad5567
@fawadfawad5567 5 жыл бұрын
Dhugaan jirtu tana kun jawaar kenyaa
@mesfinyilma4032
@mesfinyilma4032 5 жыл бұрын
Jawwaar ulfaadhu.humni waraanaa WBO/ABO human poolisii oromiyaatti haa makamu.yerosicha oromiyaan keenya gama nageenyaan kattaa cimaa irra nuuf dhaabbatti.paartileen oromoo tokko ta'aa waan ajaa'ibaa hojjettu.uummanni akkas jedhe,sana barbaada.ABO'n maqaa isaa guddaa sana eeggachuufi kabajachuu qaba.uummanni isatti mufachuu hin qabu.
@salimabayeenagalatoomietho5882
@salimabayeenagalatoomietho5882 5 жыл бұрын
Mesfin Yilma Viv jawaar
@manzoorwani3744
@manzoorwani3744 5 жыл бұрын
❤💪
@shaikhaalarfi360
@shaikhaalarfi360 5 жыл бұрын
Jawee gotaa biyyaa bakkumaa jirtaaniti nagaa gutuu sinif haa kennu rabbin
@hassenasir874
@hassenasir874 5 жыл бұрын
goota dhugaa nuu jiraadhu umriin kee haa dheeraatu
@anuwarmahammed9614
@anuwarmahammed9614 5 жыл бұрын
atiis sii dhume
@AmenHussan
@AmenHussan Жыл бұрын
❤️❤️❤️💚💚
@zinawberhanu1935
@zinawberhanu1935 5 жыл бұрын
oromia dabarsanni siif kennu turre maal godhaa bulchinsaa hin barbadduu jette malle , qaxalle ilmaa dhiraa qabsa'a dhugaa.
@kmmk94
@kmmk94 5 жыл бұрын
zinaw berahanu
@faxumaabdalaafatima384
@faxumaabdalaafatima384 4 жыл бұрын
Wwwww jabadhaa jawweee
@anaananaan6353
@anaananaan6353 5 жыл бұрын
Gooticha koo nuuf bulii ati Abbaa dhugaa
@nafyadti3318
@nafyadti3318 5 жыл бұрын
Dhumuri kee kumaa ha tagu
OMN:   Haasawa Pirezidantii Oromiyaa fi dhimmoota waytaawoo
1:24:51
I Can't Believe We Did This...
00:38
Stokes Twins
Рет қаралды 132 МЛН
Каха и суп
00:39
К-Media
Рет қаралды 6 МЛН
Laataa Qanna'i Galma Barkumeeti OBN Bit 25, 2011
12:02
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 555 М.
Gingilchaa 44ffaa Dirree Xiyyaara Itoophiyaatu Gingilchina
1:15:08
Qaanqee Show
Рет қаралды 39 М.