No video

OROMIA11: keessummaa Walhaabarruu Dalecha Arsicha ( Tiktokara)

  Рет қаралды 38,950

Oromia 11

Oromia 11

Ай бұрын

OROMIA11: keessummaa Walhaabarruu Dalecha Arsicha ( Tiktokara)

Пікірлер: 390
@sulxanmama
@sulxanmama Ай бұрын
Wow dhuga bayyee natti tole jira Dalachaan siyasa biyyaa kana galefi jiraa🫶
@KassahunGemeda-l3c
@KassahunGemeda-l3c Ай бұрын
Jabaa nama
@AszZsa-k7r
@AszZsa-k7r Ай бұрын
Keessattuu dhimma alaabaa san irratti na keessa dubbatte ❤
@abdiitoubi
@abdiitoubi Ай бұрын
Daalacha oromiyaa 11in dheeyeesu baayi'ee gaaridha❤❤❤
@finffinneeorgada3379
@finffinneeorgada3379 Ай бұрын
Dalaachaa bayyee sii jalaadha.. jabaadhu atii Oromo qulqulluu dha.
@user-rq3rm9in5z
@user-rq3rm9in5z 28 күн бұрын
Dikalaa 🤮🤮🤮
@nuriamano
@nuriamano Ай бұрын
Dansaadha. Qophii bareeda Ture! Hojii Gaarii hojjachuu itti fuufaa. Oromia 11 is in jaalanna! 🙏👍
@soolankebede3482
@soolankebede3482 Ай бұрын
Delacha nuuf dhiyeesukefi Atile galatoomi masi❤❤🙏🙏
@user-qe5mz6uv4f
@user-qe5mz6uv4f Ай бұрын
Wallaahi yaanisaa sirriidha dhiira haadhakeeti qoricha qomce dhugaa rabbi 👍✅
@ZawuduGada
@ZawuduGada Ай бұрын
Oboleso ABO kan fidee DR Abyi mit kan fidee qabso oromoti
@Shegiye9997
@Shegiye9997 24 күн бұрын
Waaqni ABO shanee haaballessu
@IbrahimSano-cl8mz
@IbrahimSano-cl8mz Ай бұрын
Dalacha kena bagaa nagaan dhuftee jaba kenaa umrii dheradhuu akka homa sodanee kaa jiradhuu nuf 💪💪💪💪❤❤❤❤❤
@melumamo
@melumamo Ай бұрын
Jabaa Kenya Nufii jardhu umrii dheraa siif yaa kenuu sii Jaalanna oromon hunduu sii Waliin Jiraa Oromia 11 is in jaalanna lencaa Kenya Nufii aferuu kessaniif galatoma🎉🥰💪💪💪💪
@lidukiyalidu
@lidukiyalidu Ай бұрын
😅😅😅😅😅😅😅
@Jajjaboo
@Jajjaboo 29 күн бұрын
Bara Abiyii ho namoottan Bebbeekamoo meeqatu Mootummaa isaatiin Ajjeeffame . Abiyiin Faarsuun Mirga keeti, Qoteebulaa meeqatu Ajjeefama jira Samaamaa jira ,bara jireenyi Ummatatti qaalahee ilmi namaa itti fu jibbe bara Mootummaa Abiyiiti. Bara ilmi namaa mana hidhaa keessaa gadi Natalee Ajjeefamu. Jiruu keenya keessatti Oromoon Dararaa akkanaa Arghee hin beeku.
@Shegiye9997
@Shegiye9997 25 күн бұрын
Sobdu shanetu oromo fixaa jiraa. Waaqni shanee nuf haaballessu
@imipopularnow6634
@imipopularnow6634 Ай бұрын
He is too straightforward..i like him
@user-rq3rm9in5z
@user-rq3rm9in5z 28 күн бұрын
Why is he wearing sunglasses 🕶️ JEZBAA 🧠🔨
@michuusabaa6387
@michuusabaa6387 Ай бұрын
Dalee kenaa nuti si jalanaa 💪💪💪abban fedhee mataan haa dhabatuu
@ahmedtamam7734
@ahmedtamam7734 Ай бұрын
Maal masi kana isunamti shayi buna dhugaa hin dubbattanu nun maaltu gahe😅😅😅😅
@demmaenjigu1007
@demmaenjigu1007 Ай бұрын
Abiyyii faarsuun mirga keeti garuu Oromoon nagaan bahee gale jechuun oromoo wallaaluudha
@HamzaEsmael-i1x
@HamzaEsmael-i1x 29 күн бұрын
Fayyaa Naatii dhugaa Rabbii horii nabulii
@BekamTesfa
@BekamTesfa Ай бұрын
Mataa dhiiraa jiradhu gurbaa Waa'ee alaaba oromo sana dhugaa jette
@Jemalbant-e9r
@Jemalbant-e9r Ай бұрын
dalachaa atti wayyee alaabaa sani dhugaa dubbatee jirta garuu wbo walagaa qofaa keessaa jiraa kan jeetu sani mee atti shaashamanee dhaqi heebani arsii dhaqii galii atti dhiraa.
@baredinhuseinashiro4019
@baredinhuseinashiro4019 Ай бұрын
Duriyyee arsillee sirnaa qabdii I am proud of you dalachaa❤
@simbook7894
@simbook7894 Ай бұрын
Dalechani mangisti wara nafaxanyati baga nagaha dhuftee ❤❤❤❤Masii koo ❤❤❤❤
@busyline8628
@busyline8628 Ай бұрын
Dalachaa bayyee bareedaa bayyeen sijaladhaa garuu ani bayyee sifi sodadhaa ofii egaadhuu ❤❤🎉🎉🎉
@SaadaaMohammed
@SaadaaMohammed 28 күн бұрын
Oromiyaa 11 nuuf jiraadhaa akkasii iyyansaa naafxanyaa fi shaanee bakkaa hin kenninnaa jabadhaa ittii fufaa ❤❤❤❤
@gutateshome
@gutateshome Ай бұрын
Ayi Afaan Oromoo,sadarkaa kanaan miidiyaadhumarrattillee seeran hin barreessitanii, masarat Dhabaa maalinni(maal inni) Kuni, Masarat Dhaabaa.
@besaasder7707
@besaasder7707 28 күн бұрын
Masii namichaa balagee kanaa midiyaa kanaraa fidee
@nimonahailu987
@nimonahailu987 Ай бұрын
Ergaa bareeda dabarse. Ulfaadhu Masii keessummoota akkasii dhiyeessuu keetiif🎉
@eshefu
@eshefu Ай бұрын
Tortoraa kanamoo eessaa argatee giftii
@LiyatZeynu
@LiyatZeynu Ай бұрын
የኔ ሸበላ 🥰ግርማ ሞገስክ በቂ ነው🥰🥰😍😍
@Kuush-5-Show-Studio
@Kuush-5-Show-Studio Ай бұрын
Yes
@hayatomar4575
@hayatomar4575 Ай бұрын
አቦ ይመች ጀግና
@tsagishkarem2667
@tsagishkarem2667 Ай бұрын
🤣🤣
@abseyemeny
@abseyemeny Ай бұрын
Kuni media durriyyeen itti affeeramtuu??? shame on you!!!
@helumissmisshelu8278
@helumissmisshelu8278 Ай бұрын
Wawuu Dalacha my kingi man ❤❤❤ye safare liji betem nw miwodik....🥰🥰🥰ayigarmim getan ye safare liji mahonk alawokukim nabare endewum andi gosa neni eko woyi amilake ehe social mida bayinor........ Dalacha adinakh negn tik tok lay ❤❤❤❤❤
@bushakebede1881
@bushakebede1881 27 күн бұрын
Oromia11 mataan keessan uummata lixaa arrabsuudhaan beekamtu kanaaf oromoon liixaa should boycott u media
@josephfreeman2073
@josephfreeman2073 Ай бұрын
Dalachaan dhiira dhiira chaaltu. Leenca oromo jabaadhu. Oromia11 waan nu booharsitaniif galatooma isiniin jenna.
@misslila6593
@misslila6593 Ай бұрын
Dalechaa koo❤❤❤❤❤Lubuu koo❤❤Lenca koo❤❤❤❤❤❤❤❤Gotaa gotaa caluu dalen kooo ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤masii too Bareduu tiyyaa Galatommii damaa tiyaa ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉 warii comments jalati dalecha fi masi Arabsitan Budotaa hadha kesani ija kesan irra isan habasu dalee koo masii too😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘dalechaa is king of king❤😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑👑Dalee is king 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@DawitTekle-wo5ly
@DawitTekle-wo5ly 28 күн бұрын
kana mee maaltuu irraa baratmaa jettee dhiyeesitee jazbaa doomaa mataa dhagaa kana nama haadha nama osoo arabsuu ooluu siyaasaa maalii beekaa siyaasaa haasawaa qodaan furrii funyaan furrii
@AlemayehuTassema
@AlemayehuTassema Ай бұрын
Daalee sanyii mootii sittii yaa tolu ok bro baay'ee natti tolta Ejjennoon kee itti fufi kan raggaxamuu qabdu raggaxi Si waliin jirra
@kamilabdulbasir3521
@kamilabdulbasir3521 Ай бұрын
Dela jegna naw❤
@chalaaseffa439
@chalaaseffa439 Ай бұрын
This is what amazing interview!
@user-vg1vj1bt5h
@user-vg1vj1bt5h Ай бұрын
Ani akka nama oromo tokkotti nama kun nama qophii kan irratti dhiyaatu mitti maalf jenna maal hojjetee ? Maal gahee saa? Kee hoo jechu dandessaa🤦‍♂️🤔 ani akka nama kan salphoo mitti . Nama Eenyummaa kofi sabba kof kabajaa qabu.namni kun garuu san hin qabuu dhumaa salphoo namati. Hundumaa callaa kan naa dhiibu warra Media ( sagantaa ) kanti osoo oromo beekaa meeqa qabu salphoo akkan kan dhiyeessun isati…. Dhugaa nama gaadhe …oromon safuu qaba …nama kun safuu hin beeku. Dhugaa dubbachu nama sagantaa kanfi maaluuu mitti…😊
@Abdi-z4v
@Abdi-z4v Ай бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@BedirNuru-j8i
@BedirNuru-j8i 22 күн бұрын
Ati qaalii namaati abboo! Sitti haa tolu
@AsdDsa-gl9ko
@AsdDsa-gl9ko Ай бұрын
Wow 👌 🎉
@muridkaf7750
@muridkaf7750 Ай бұрын
Mucaa keenya Ilma Ayalee Korrooso,Ilma Kanshee,Ilmaa Arsicha.
@user-uz5lt7pi6f
@user-uz5lt7pi6f Ай бұрын
nufii jiradhuu hiidaa koo ❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-ow5yb7zd1w
@user-ow5yb7zd1w Ай бұрын
Dubbiin inni 'Toktok' gubbaa namoota,Saba abaaru Safuu Uummata Oromoo waliin kan adeemuu miti.
@omeegat7660
@omeegat7660 Ай бұрын
Gurbaa maraataa kana👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊👊
@appappk2499
@appappk2499 Ай бұрын
Qophii ajibaa turee❤❤❤dalee king
@chaltubulga3504
@chaltubulga3504 23 күн бұрын
Yaada bareedadha galatoomii Daalee
@kena_show418
@kena_show418 Ай бұрын
Dalaacha Nama Guddaadh bayyee irraa barradhera D❤❤
@NebilTune
@NebilTune Ай бұрын
Dalacha the rock ! lion hearted man !!
@Almi-fs2jz
@Almi-fs2jz Ай бұрын
Dhugaaa jettee siii bichaa galee waa,ee biyyaa sanii✊✅✅
@tarikumesfin3
@tarikumesfin3 24 күн бұрын
Dalichaa is king 👑👑👑👑
@robageda7585
@robageda7585 Ай бұрын
Summii Habashaa nafteynaa..
@abdulkadirahmed1047
@abdulkadirahmed1047 24 күн бұрын
Amazing amazing interview
@user-sf9io1bc2t
@user-sf9io1bc2t Ай бұрын
King
@KiyaarAbdalla
@KiyaarAbdalla Ай бұрын
Dalecha👍👍👍👍
@barisoballa6795
@barisoballa6795 29 күн бұрын
Made it through a few hours of concept work with a couple other people who are still on their own side of things?!.
@SISOMud
@SISOMud 4 күн бұрын
Arsicha❤
@BurtukanBekele
@BurtukanBekele Ай бұрын
❤❤❤❤❤🎉 dalcha mata dhiraa
@sisaytulu2595
@sisaytulu2595 Ай бұрын
Ammaa kanarraa maal baratuu kaa?
@biruk-bk
@biruk-bk 21 күн бұрын
አይ ዳለቻ
@user-fk9xt4bo8p
@user-fk9xt4bo8p Ай бұрын
Arsii 🎉🎉🎉🎉 Arsii jechuun akkanaa
@daminateen6600
@daminateen6600 Ай бұрын
Wallaahi garaa nama nyaatti alaaban qeerron jaarra jalqaba fi hanga harra geenyetti ittiin wareegame alatti haga amma turun 😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥
@user-xe4ok7cc1s
@user-xe4ok7cc1s Ай бұрын
Dhugaa keeti❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@yasaabrahim9778
@yasaabrahim9778 Ай бұрын
Welcome 🙏 🙏 🙏 🙏 Daalee koo Daalachaa ❤💚 ❤
@huseensulxaan8730
@huseensulxaan8730 Ай бұрын
Jabadhuu masii
@shemsadinmohammed6879
@shemsadinmohammed6879 Ай бұрын
WAY MASARAT
@SamiraTeshu
@SamiraTeshu 27 күн бұрын
Opdon haatuumaa malee nagaya busuu hin barbaaduu 😊
@MariamMariam-dv9uw
@MariamMariam-dv9uw 27 күн бұрын
🙏🙏❤️❤️❤️👍🙏👍🙏
@SaadaaMohammed
@SaadaaMohammed 28 күн бұрын
Wwwwwwww dalachaa bagaa oromoo irraa dhaalatee
@aishaalharthi2621
@aishaalharthi2621 Ай бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@abdulkadirahmed1047
@abdulkadirahmed1047 24 күн бұрын
Great daalacha leencaa oromooti
@MuheArsii-i6q
@MuheArsii-i6q Ай бұрын
You are right bro
@HussenAdem-jt8je
@HussenAdem-jt8je Ай бұрын
Jazbaa
@sintiaabdeta8374
@sintiaabdeta8374 Ай бұрын
ዳላቻ ከኛ ❤❤❤❤
@gutemaguutuu5117
@gutemaguutuu5117 Ай бұрын
Shame on you! Nama arrabsuun; keessattuu haadha namaa arrabsuun TV irratti nama dhiyeessa. Ishiiii . I hate the world. Uummata sammuu duwwaa.
@bashirabdo4537
@bashirabdo4537 Ай бұрын
❤❤❤❤jabduu teenna jabaadhu ❤❤❤❤
@soolankebede3482
@soolankebede3482 Ай бұрын
Delachaa❤❤❤❤❤❤
@AbdisaBeyene123
@AbdisaBeyene123 Ай бұрын
Raatuu akkanaa kanatu siyaasa oromoo irratti ibsa kennakaa
@ynnniikoomilkii2281
@ynnniikoomilkii2281 29 күн бұрын
Masii yeroo af-gaaffii taasiftu ofii sagaleekeetiin jalaa hin dubbatiin. Yeroo gaafattu qofa maayikii fayyadami malee, haasaa gaafatamaan dubbatu hunda jalaa hin dubbatiin. Kun gaazexessaa muuxannoo hin qabnetu raawwata malee kan akka kee muuxannoo qabu irraa hin bareedu.
@chodobahi2092
@chodobahi2092 Ай бұрын
Dalachaa boss
@bushakebede1881
@bushakebede1881 27 күн бұрын
Namni sin nama godhee midiyaatti sibaasuyyuu wallaalaa sicaaluudha.
@bontuwaliso8440
@bontuwaliso8440 26 күн бұрын
Dhugaa dubachuun isaa gotummadha nuuf jiradhuu daalee
@tube-yn2ul
@tube-yn2ul 28 күн бұрын
የጋላ ሙሁር እሚመጥነዉ ይሄ ነዉ እንግዲህ ወይ ጊዜ 😂😂😂
@BukharHasan
@BukharHasan 27 күн бұрын
Wlh dalchaa hin dandessa❤❤❤
@bisra7025
@bisra7025 Ай бұрын
Galaatomii Dalachaa fi masii koo Halaa Bareedaa Dubataan❤❤❤
@user-zu7pb5mr3r
@user-zu7pb5mr3r Ай бұрын
Nama qooshaashaa akkam kee hama dhiyesitu maaliif nama hojiin isaa nama barsisu hin barbaadu.gim legim .....
@tesfaye51
@tesfaye51 Ай бұрын
Bilisummaan qe'ee ofii jalqabdi
@ChaltuKo
@ChaltuKo Ай бұрын
gurba biya koo ❤
@zeharazehara9372
@zeharazehara9372 Ай бұрын
Rip Rip
@MaakiiTofiqii-lw9ik
@MaakiiTofiqii-lw9ik 18 күн бұрын
ilmaa ayalee ayalen malidha atuu diqala nafxanyati😂wasaka WBOn ama hundu kee si warana mee oromiya keessaa demii ati dhiraa amara mali arbsita atuu amara abiy diqala akaa keetiti kadhatu hadha kee😅
@SemradinKedirSemradin
@SemradinKedirSemradin 27 күн бұрын
Dalacha sanyii hattu abban isaa hattu beekkama turuu isaa namni hin beekine yoo jiraate hawaasa naanno abbaa issaa jiran gaafachuun ni danda,ama hundeen isa hattuudha,! Uqisumbillah
@Shegiye9997
@Shegiye9997 25 күн бұрын
Maal haata'ure
@Shegiye9997
@Shegiye9997 24 күн бұрын
Sobdu silaa namni waan gaari yero haasawu maqaa bushessu jaalattu warri shanee
@gelanatelila4030
@gelanatelila4030 28 күн бұрын
❤❤
@AnesaDaba-xp2pn
@AnesaDaba-xp2pn Ай бұрын
Mucaa kana akkaa natti toluu😂😂😂
@muhammadhaji436
@muhammadhaji436 Ай бұрын
Ofii corse ❤❤😊
@siiftiif9209
@siiftiif9209 Ай бұрын
Ati baayyee nama dammaqeedha. Namni oromoo taee sin jaalanne yoo jiraate mataan isaanii sirrii tauu nin shakka. Nuuf jiraadhu. Dhiifama waliin garuu miila kee osoo buustee teettee natti tola
@boohartiiooroo2561
@boohartiiooroo2561 Ай бұрын
Kuni erbeen maalitti waan oromoon keessa jiru quba qaba oromoo guutuu miti waanuma arsii keessa jiruuyyuu hin beeku Arsii shirka,martii,muunessa,dodola,zuwaay dugdaa manni qote bulaa oromoo gubataa jiruuyyuu hin beeku kuni dhama'aan Arsiillee Qeerroo Oromoollee bakka hin bu'u.
@pincode2821
@pincode2821 Ай бұрын
Dalachaa namaa cimaa jabadhuu masii ati jabadhuu warraa follow like barbachaa maqakee balessaan fanaa gadii hin bu'iin ati jabdudhaa❤❤❤❤❤❤
@mesfen4272
@mesfen4272 18 күн бұрын
Qerroo power
@user-is5jt6lf6q
@user-is5jt6lf6q 24 күн бұрын
Namnicho
NEW 2024 ERI SITCOM [MEWEALTI] PART 19 ( BY BRUNO )
51:09
Awra Tube
Рет қаралды 8 М.
Lehanga 🤣 #comedy #funny
00:31
Micky Makeover
Рет қаралды 27 МЛН
Stay on your way 🛤️✨
00:34
A4
Рет қаралды 31 МЛН
WHO CAN RUN FASTER?
00:23
Zhong
Рет қаралды 33 МЛН
YOOYYAA- "Yeroo Sana.."
39:55
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 15 М.
Caayaa : - Turtii Bulchaa Aanaa Digaluu fi Xiijoo Obbo Muhaammad Abbishuu waliin taasifame #caayaa
1:02:13
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 88 М.
OROMIA11:  Imaltuu- Misooma Kooridarii Finfinnee
38:50
Oromia 11
Рет қаралды 3,1 М.
Abbaaf Haadhakoo sababa qabsoonin Dhabe!!!
58:46
Qaanqee Show
Рет қаралды 25 М.
የአስተማሪ ልጅ - Ethiopian Movie YeAstemari Lij 2024 Full Length Ethiopian Film Yastemari Lej 2024
1:20:52
Lehanga 🤣 #comedy #funny
00:31
Micky Makeover
Рет қаралды 27 МЛН