Hallo Dawe Interview **NEW** 2017

  Рет қаралды 73,524

Oromp3

Oromp3

7 жыл бұрын

Oromo Music

Пікірлер: 124
@duretiahmed3339
@duretiahmed3339 6 жыл бұрын
Rabii umrii sifi hakenuu Hadhaa Oromo ❤💚
@fuadhassan3640
@fuadhassan3640 7 жыл бұрын
thank oromo tv
@ililiioromo8563
@ililiioromo8563 7 жыл бұрын
welistu tenyaa kabjamtuu ufaani kee namaa tolaa maasha allah
@maryamswallow9694
@maryamswallow9694 7 жыл бұрын
Afaan keenya guddistee asiin nuu gahuu keetif galatoomi. garuu hamma booda dulloomteettaa ofiifuu afaan qabiriirra jirtaa toowbadhuu gara rabbii deebi'i
@fuadhassan3640
@fuadhassan3640 7 жыл бұрын
Maryam Swallow hallo dawe is one best oromo queen she is not too old 🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈🎈
@fuadhassan3640
@fuadhassan3640 7 жыл бұрын
Maryam Swallow haloo dawe queen of oromo live ever you dont know about her.
@dardarantv7190
@dardarantv7190 5 жыл бұрын
mash allha afaan oromo guddisuuf bayee tatafatee umrii dheeradhu Aaddee hallo dawee
@rozaarozaa2296
@rozaarozaa2296 4 жыл бұрын
Baga rabbii sifayyisse amma towbadhuu hadhaa oromoo 💚💚💚💚💚♥️♥️♥️
@haarimeemaqaaketiinwaamaam9701
@haarimeemaqaaketiinwaamaam9701 7 жыл бұрын
wooooow halloo bagaa jiratee. long life sabboontuu atii
@alaaqalloo6619
@alaaqalloo6619 7 жыл бұрын
walliiftuu teenya jaalatamtuu fi kabajamtuu HALLOO DAAWWEE nuuf dhiheeyisuu keeyisaniif galatooma.kaleeyisaas,arraas,boruus,iftaaniis,nuti Ummanni oromoo sijaalanna umrii dheertuu fayyaa gaarii siif hawwina rabbiin sihaa fayyiisu horii buli.
@iliilliisirkaailiilliisirk4032
@iliilliisirkaailiilliisirk4032 4 жыл бұрын
Bagaa rabbinii sih fayisee haliyyee Amaa toyyabadhu ok atii Qabarii Affanii jirataa Amaa Boddaa saraba dhisii ok
@jameelaabdalla7565
@jameelaabdalla7565 7 жыл бұрын
yaa Rabii Rabbii umrii kee Nuuf Haa dhereessuu haadha oromoo Sii arguuf hawwii guddaa qabaa Addee Halloo Dawee
@bisiratrmarambayisao3737
@bisiratrmarambayisao3737 7 жыл бұрын
bayee sijalan umrii dheradhu jabadhu afani kenya hin badu hida odati ormoni
@MustafaYussuf
@MustafaYussuf 5 жыл бұрын
halo baga Rabin si fayisee ama tobadhu yokn rabi kee kadhadhu halo tenya
@abdimahamad6957
@abdimahamad6957 3 жыл бұрын
Haloo dawee yaa saynii tiyaa naf jiradhuu yoo rabiin jedhe dhufeetin silalaa
@siifaanoromoosiifaan5634
@siifaanoromoosiifaan5634 7 жыл бұрын
Rabbuma sii fayyisee kan yaadhuu Garaa Rabbii keeti towba ykn Ararama Rabbii kee gaafadhu Haloo tenyaa Uuuufffii
@zaitoonazaitoon3615
@zaitoonazaitoon3615 6 жыл бұрын
siifaan oromoo Siifaan
@artistabdiigursum4304
@artistabdiigursum4304 3 жыл бұрын
Halloyye jabdu oromo hangafa dubartii
@user-dr3lk9os8u
@user-dr3lk9os8u 12 күн бұрын
Rabbi rahmata siif hagodhu
@shimelismbedane4833
@shimelismbedane4833 7 жыл бұрын
Baga lubbuun jiraatte Hallo teenya. Weellistoota afaan Oromootiin warri sirban 10 keessa tokkoon si'ii
@tigistbirru4622
@tigistbirru4622 4 жыл бұрын
Hallo heddu sijalanna oromonii
@famiyusuf7593
@famiyusuf7593 7 жыл бұрын
Baga umrii sif kanne guyyaa har'atin si gahee.Ammaalle umrii dheeraadhu
@faiza746
@faiza746 2 жыл бұрын
Woooow artisti tenya hallo dawwe nuf jiradhu ❤️❤️❤️❤️♥️♥️♥️❤️‍🩹❤️‍🩹❤️‍🩹🥺🥺🥺
@iammuslimfristalhaamdulill350
@iammuslimfristalhaamdulill350 7 жыл бұрын
garuu Osoo Towbattee sirba kanatti Deebi'urra Halliyyee
@asladinahmed8893
@asladinahmed8893 7 жыл бұрын
mal si galchee jasba
@zahizahi943
@zahizahi943 7 жыл бұрын
Hallo teenya hedduu si jaalanna lencaa oromoo👍👍👌👌👌👍👍👍👍👍💞💞💞💞💞❤❤❤💘💘💘🌹🌹🌹🌳🌳💝💝💝🌷🌷🌷🌷🍎🍎🍎🍎🍎🍏🍏🍏🍏🍏💚💚💚💚💚uuuuuuhpaaaaaaa sabboontuu sabaa sanyii tiyya
@kadiirahmed6343
@kadiirahmed6343 7 жыл бұрын
woo haloo
@amealiye4208
@amealiye4208 6 жыл бұрын
haaalloo ati ummata oromootiin bakka guddaa qabda waan taateef waan meeqa akka nu barsiifte ni beekta kanaafuu yeroo ammaan tanaa kana kan sirraa barbaadnu sirbuma tokko nuuf itti dabali
@jiranerayesusin6456
@jiranerayesusin6456 7 жыл бұрын
Bayee namati tolta haloo tenya afan sabaa oromo ballaa gudiise asin gahuu ketiif hedu galatomi amas jabadhu iti fuufii
@michuuseenaaoromia5983
@michuuseenaaoromia5983 7 жыл бұрын
Yooyyaa Haadha qabsoo oromoo Hallo Dawe Long life siin Jenne
@nurudeennurudeen6324
@nurudeennurudeen6324 7 жыл бұрын
haadha oromoo halloo daawwee baga si fayyise jabaadhu
@forlorngreen
@forlorngreen 7 жыл бұрын
thank you for sharing. does anyone have any older Hallo Dawe cassettes? I have been looking online, but have not found much. thank you.
@diremagala4020
@diremagala4020 7 жыл бұрын
Forlorngreen k go to oromp3 website
@forlorngreen
@forlorngreen 7 жыл бұрын
thank you for the reply. i have heard the songs shared in this playlist: www.oromp3.com/guitar-songs the hallo dawe tape is one of my favorites. do you have any older cassettes from hallo dawe and other oromo artists? i love the older songs, but they are very hard to find on the internet :(
@haleemaaman3114
@haleemaaman3114 7 жыл бұрын
Ammaa ni gahaa wellisuun kee garaa rabbii debbi.ii isiin Amman nama gudadha .dhifama garuu .
@bashaduuloveoromo4456
@bashaduuloveoromo4456 7 жыл бұрын
baga rabbii Sihi fayisee Sabbonaa kenyaa umariii dheradhu
@faiza746
@faiza746 2 жыл бұрын
♥️♥️♥️♥️😍😍
@abdelamohammed3649
@abdelamohammed3649 5 жыл бұрын
Hallo hadha tenna umri dheraa rabbi si ha kennu.(sirbu yo barbadde sirba harawa.walaloo natti dhisii)atumman fayyafi nagenya ketin nuf cimii
@salihanaim2015
@salihanaim2015 7 жыл бұрын
wow umri dhertu Rabbii sif haa kenu
@diinnaaraaftii4763
@diinnaaraaftii4763 7 жыл бұрын
bagaa nagaan jiraate haliiyee hadhaa tenyaa ammas umrii nuf dheradhuu qabsoftuu sabboontuu hadhaa tenyaa💘💘💘
@nasirabrahim9751
@nasirabrahim9751 7 жыл бұрын
Halloo Daawwee hedduu si jaalanna.
@tiat.n.s4187
@tiat.n.s4187 4 жыл бұрын
🙌🏾👏🏾👏🏾👏🏾👏🏾
@hayatkasahun3203
@hayatkasahun3203 7 жыл бұрын
baga nuf fayyite haloo dawee welcome....
@rahemamoh7345
@rahemamoh7345 7 жыл бұрын
bagaa faayitee hadhaa tanyaa haloo haloo hayatii
@oromoprortetsfinfinnee5057
@oromoprortetsfinfinnee5057 7 жыл бұрын
Hallo dawwe bayyee jalana rabbii umiirr haa dhersuu
@kadiirahmed6343
@kadiirahmed6343 7 жыл бұрын
oromotenyaa
@iammuslimfristalhaamdulill350
@iammuslimfristalhaamdulill350 7 жыл бұрын
🌹🌹🌹❤❣💘💘💘💘💞💯
@warioaloo3133
@warioaloo3133 7 жыл бұрын
baga nuuf fayyite ammas umrii dheertuu siif hawwa Halloo daawwee
@abdiijamaal6211
@abdiijamaal6211 7 жыл бұрын
bagaa umrii dherattee har.aa gettee gootitti tennaa
@nbdjxjdjdnxjxjbxbxbndd2948
@nbdjxjdjdnxjxjbxbxbndd2948 7 жыл бұрын
haloo sabonto oromo nufii giraduu!!
@biiyewelleggaalij1634
@biiyewelleggaalij1634 7 жыл бұрын
baayyee si jaalladha galatoomi nuuf jiraadhu lubbu ofiii
@abdiinkiyaarabbumaabetamidesey
@abdiinkiyaarabbumaabetamidesey 7 жыл бұрын
haalloo kenyaa baga fayiiftee siin jalaalan nuuf jiruu amasii umrii dheraa siif hawa rabbiin sii hin dagaatiin ok
@bultummohammad623
@bultummohammad623 7 жыл бұрын
umrii dheradhu haadha Aarti I oromoo
@niveabadre2646
@niveabadre2646 7 жыл бұрын
Alaheemarese
@sweetoromiaq4347
@sweetoromiaq4347 7 жыл бұрын
umri dhertu rabbin siif yaa kenuu
@simaleali2196
@simaleali2196 7 жыл бұрын
haadha tiyya hallo dawwe
@amirabdullahi8458
@amirabdullahi8458 7 жыл бұрын
hallo tenya sabbottu afuran qallo sirraba qabbasso tako nusirrabi bagga nuffayitte
@iammuslimfristalhaamdulill350
@iammuslimfristalhaamdulill350 7 жыл бұрын
halloo dawee anaa dhufuuu
@khalidmohammed2019
@khalidmohammed2019 3 ай бұрын
😢😢😢
@user-il8rv6id3l
@user-il8rv6id3l 7 жыл бұрын
bahaa nagayan dhufte
@abdiabdi4515
@abdiabdi4515 6 жыл бұрын
Haalliyee
@MohammedAbdiiAbdule-gn3gx
@MohammedAbdiiAbdule-gn3gx 9 ай бұрын
Rip
@abdusalaamsh.gadaaqamaar3022
@abdusalaamsh.gadaaqamaar3022 5 жыл бұрын
Sanyiikorabii. Umriisiihaa. Dheere'es'u
@ibroshaxa1019
@ibroshaxa1019 7 жыл бұрын
jiraadhu naaf hallooooo
@firiiayaaboruu864
@firiiayaaboruu864 7 жыл бұрын
umrii rabbi sihaa dheereessu baga rabbi sifayyise haadha koo
@hjjdghhd3370
@hjjdghhd3370 7 жыл бұрын
Baga nagaya nufu debite
@rabiiabdurahman7415
@rabiiabdurahman7415 5 жыл бұрын
Bagaa Rabbin Sii Fayisaa
@jiranerayesusin6456
@jiranerayesusin6456 7 жыл бұрын
Bagaa rabiin sifayyise sabontu oromo umrii deradhu.
@soratimuktar3061
@soratimuktar3061 3 жыл бұрын
oromo tiya
@tiat.n.s4187
@tiat.n.s4187 4 жыл бұрын
How can I get her phone number I want personally help her please
@kalidyusufharo4851
@kalidyusufharo4851 7 жыл бұрын
waaq umrii sihha dheressu
@qaanitaaqamar4132
@qaanitaaqamar4132 Жыл бұрын
Hallo si dhukkube akkatti jalqabamaa gaafiin Maqaan jalqaba Essatti dhalatte akkamitti guddatte k.k.f
@mameyusuf1145
@mameyusuf1145 7 жыл бұрын
Anaadhufu
@haasasaaoromooiloveyou924
@haasasaaoromooiloveyou924 7 жыл бұрын
Halloo Bagaa Rabbii si kahee
@laylaali1359
@laylaali1359 6 жыл бұрын
Awalee biyaa tiyaa
@haleemaaman3114
@haleemaaman3114 7 жыл бұрын
fatiyaa anis oromiyaa irraayi kashti
@jemalgeda5619
@jemalgeda5619 7 жыл бұрын
amaas dabale umri kee haa dheeressu ijji haamtuun sin argiin
@samirakamal9943
@samirakamal9943 6 жыл бұрын
Maal gara arti debitami amma gara rabbiii keti debii rabbii sii haa qajelchuu
@asliioromo63
@asliioromo63 6 жыл бұрын
Bagaatiin siin arrekee yaa Habo tiii yaa
@gfgd2482
@gfgd2482 7 жыл бұрын
Baga rabbi sifayyise
@yannetadane1797
@yannetadane1797 7 жыл бұрын
bagaa fayitee
@abdibale3814
@abdibale3814 7 жыл бұрын
hallo dawwe hedu sijalana umri nufdheradhu
@kariimashariif4544
@kariimashariif4544 7 жыл бұрын
bagaa woyooftee
@misraaarsirobehusen6012
@misraaarsirobehusen6012 7 жыл бұрын
Kariima Shariif 👏👏👏
@najatismail7553
@najatismail7553 5 жыл бұрын
Baga rabbi sii fayyise sabontu kenya
@hawwiioromoo2059
@hawwiioromoo2059 7 жыл бұрын
nuf jiradhu jajabee ko
@anawaarjeylaan9193
@anawaarjeylaan9193 7 жыл бұрын
bayyee garii namatii tola
@A.B8918
@A.B8918 6 жыл бұрын
Umurri dheradhuu❤
@MA-ix2qp
@MA-ix2qp 7 жыл бұрын
umrii dheeradhu artistii teenya Haloo daawwee
@tigistbirru4622
@tigistbirru4622 4 жыл бұрын
Oromoon heddu acucame atii dubarti ciimtudha sijalanna
@abdullahiyusuf8937
@abdullahiyusuf8937 7 жыл бұрын
wallisuun badiin qabduu itti fufi hanga maayyiitti
@christinetinah7395
@christinetinah7395 6 жыл бұрын
Bagaa Rabbii sii fayyse
@birukkore5594
@birukkore5594 5 жыл бұрын
The way your Camera shots point are not good
@MustafaYussuf
@MustafaYussuf 5 жыл бұрын
music ni giyaa iti hin debin
@jibrilduri4362
@jibrilduri4362 7 жыл бұрын
baga fyiteee
@fhggjgh8741
@fhggjgh8741 7 жыл бұрын
baga woyyofte haadha keenya
@godeliyasegzibertalaqnw3499
@godeliyasegzibertalaqnw3499 7 жыл бұрын
gallatoma
@barejemal6380
@barejemal6380 7 жыл бұрын
umrii dheradhu hadhaa koo
@maliyamaliya3493
@maliyamaliya3493 7 жыл бұрын
wayo tiru tiyaa baga jirate oromoon fardani garamame sirba jedhu sani
@ililiioromo8563
@ililiioromo8563 7 жыл бұрын
bagaa jiraate bagaa rabbii sihi fayyise si jaalanaa nufi jiraadhuu sabontuu
@hiiyhiiy5781
@hiiyhiiy5781 7 жыл бұрын
rabbii sii haa qajeelchu gayee dhisi galgalan hin sirbini
@yarabikooyarabikoo8271
@yarabikooyarabikoo8271 7 жыл бұрын
prom.W.ofegii
@anisumaf1967
@anisumaf1967 7 жыл бұрын
qabsofttu orommo sin jalanna
@abdiusmail7158
@abdiusmail7158 7 жыл бұрын
galani ke bilisummaa arki
@MmHh-et3cs
@MmHh-et3cs 7 жыл бұрын
jaratinii toyabaa dhifateee amalee sirabuu hedii ajibaa rabii sii haa qajelachuu
@abdelamohammed3649
@abdelamohammed3649 5 жыл бұрын
Malirratti sif ha barressu
@yarabikooyarabikoo8271
@yarabikooyarabikoo8271 7 жыл бұрын
oromumanis.artistinis.namawolin.qabirihindhaqu.kanabekuqabdu.yaumataislama.anniikirstana.hinxunee.isilamana.jedhe.kanafuu.rabbi.ishehaqajelchu.maltuisiegatara.akkirati.woronni.komentinama.jalademtan.ofega.muslimaa.maqa.kenyaa.balesaruu.rabbin.danda.adhajerahaqajelchu.yodidemo.duniyara.jerahafixuu.takatu.maqanubalesaniru
@haleemaaman3114
@haleemaaman3114 7 жыл бұрын
Amma ni gaha
@user-il8rv6id3l
@user-il8rv6id3l 7 жыл бұрын
Haleema Aman maqaan koo fatiya Oromiyaa irratti atii essarayi wal baru dandama
@yarabikooyarabikoo8271
@yarabikooyarabikoo8271 7 жыл бұрын
yabboo.rabbisiha.qajelchu.rabbi.islamummaa.sikenee.galatefadhu.Garasa.debi.ok.dulomtee.afanqabirirraa.tesee.artitidebitaa.foku.dha.yajarttii.ofdubalalli.mee.akkirakee.yadadhu.dukanii.qabirrii.taesiegaraa.ilkanusikesa.yattedhumte.meegaha.tobbayadadhu.hingaha.kandura👎👎👎👎👎👎👎👎👎see raa.rabbikesa.Batte.rabbisiha.qajelchu.sattii.wanjabatu👂👂👂👂👂👆👆👆gurakesif.habanu
@promw864
@promw864 7 жыл бұрын
yarabikoo yarabikoo _ namaan waa jechuun dura #Ani eenyu ofiiin jedhi# inni ati jettes gaarii ta'u garuu bal 'isii yaadi ! Isheen bar nama Afaan Saba keennaa yeroo Sanirraa asiin gahee.... Oromummaan eessaa ka'e ,eessa jiraa,eessaaf deema jettee yaaduu qabaatta ? Akka an beeketti maa hin beekiniin cubbu jedhan! please hamilee namaa hin tuqinaa.......! Yoo ta'es akkanatti hin jedhamu !
@haniibeauty
@haniibeauty 7 жыл бұрын
yarabikoo yarabikoo akkam akkam dudubbatta isii? akkanatti akki nama gorsan? gorsa kee kiisa duuba kaahadhu! gorsi kee nama jallisa malee nama hin qajeelchuu. anayyu ka commenti kee dubbise na jallisaa jiraa! maraafu haadha tee ta'u dandetti kabajii haadha yoo qabaatte !!!
@ameeamishaa202
@ameeamishaa202 5 жыл бұрын
yarabikoo yarabikoo Kiyya atti arabsutti jirta moo gorsu jirta atuu rabbin siif haa araramu teetu hinbeytu🗡😤
@yaaraabbiiguddaayaaraabbii9038
@yaaraabbiiguddaayaaraabbii9038 7 жыл бұрын
tobbadhuurabbiisiqajalleessuu rabbiisiaahaaAfiyuu
@khalidabdule3035
@khalidabdule3035 7 жыл бұрын
wwwww
아이스크림으로 체감되는 요즘 물가
00:16
진영민yeongmin
Рет қаралды 61 МЛН
Became invisible for one day!  #funny #wednesday #memes
00:25
Watch Me
Рет қаралды 60 МЛН
Beautiful gymnastics 😍☺️
00:15
Lexa_Merin
Рет қаралды 15 МЛН
Kudhaamaa Aartii: Weellistu Iftuu Mahammad waliin turtii taasiseera.
33:07
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 75 М.
Artisti Halloo Daawwee
42:27
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 53 М.
New Oromo music   Masho Abduraman & Temam Tekalign 2016
5:26
Bakakkaa Entertainment
Рет қаралды 1,2 МЛН
Yosan Getahun - Sossori - New Ethiopian Oromo Music 2019 (Official Video)
7:09
Hope Music Ethiopia
Рет қаралды 1,6 МЛН
ሩታ የእርግዝናውን መልስ ሰጠች.አብርሽ ደስተኛ ሆነ🙈❤️
21:46
Bizualem Desu= "Tasuma Tasa" Oromo/Oromiyaa Music 2017 Bakakkaa Entertainment
5:51
Bakakkaa Entertainment
Рет қаралды 5 МЛН
Kudhaama Aartii Kutaa 2ffaa: Weellistu Iftuu Mahammad
25:39
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 90 М.
Galfata Seenaa Oromoo
37:46
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 49 М.
Aduu - Diraamaa Afaan Oromo 2020|RORAS TUBE
15:33
Roras Tube
Рет қаралды 206 М.
Jakone, Kiliana - Асфальт (Mood Video)
2:51
GOLDEN SOUND
Рет қаралды 10 МЛН
Munisa Rizayeva - Aka makasi (Official Music Video)
6:18
Munisa Rizayeva
Рет қаралды 8 МЛН
Alisher Konysbaev - Suie ala ma? | Official Music Video
2:24
Alisher Konysbaev
Рет қаралды 897 М.
Erkesh Khasen -  Bir qyz bar M|V
2:43
Еркеш Хасен
Рет қаралды 727 М.