Qaanqee Show:- Araara Marsaa 3ffaa ... Raajii Gabii Guutamaa waliin

  Рет қаралды 115,039

Qaanqee Show

Qaanqee Show

4 ай бұрын

Join this channel to get access to perks:
/ @qaanqeeshow
Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
#HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy

Пікірлер: 702
@DrNafyadGetuOfficial
@DrNafyadGetuOfficial 4 ай бұрын
Welcome Habtish
@user-sc5hu3mo8y
@user-sc5hu3mo8y 4 ай бұрын
mata dhiira thank u im from guji harkelo
@Tesfaye-nv6yj
@Tesfaye-nv6yj 4 ай бұрын
Nagaakeessanii warrikeenyaa meeyoo siidanda'amee fiiyoofedhakeeta'e obbo Abtamuu osoocarraa wal arguukeenyaa naafmijeesiteenatitola ati Eenyuujechuu dandeessa ani nama namabeekamaamiti garuu beekaata'uunkoo hin olugaruu
@kumagonfa1737
@kumagonfa1737 4 ай бұрын
Say welcome Gabi.
@OliqaTamiat
@OliqaTamiat 3 ай бұрын
Sii ilaale orthodoksummaa kon jalladhe
@user-gx7ud7wj2y
@user-gx7ud7wj2y 4 ай бұрын
Jeneralticha keenya Habtaamuu Lamuu qophii kee jaboo hordofa, danuus jaaladha. Barsiisaa Hailemikaa'el Taaddasaa nuuf Fidi🙏
@fireeadunaa1989
@fireeadunaa1989 4 ай бұрын
@nagessoogosaa6578
@nagessoogosaa6578 4 ай бұрын
Barsisaa hayilee mika'eel Taddessaa nuu Aferimee orthodox keessa immooo❤
@user-fb4gp6np4c
@user-fb4gp6np4c 4 ай бұрын
Habtaamuu Akkuma Raajii Gabii Dhiheessite mee waa'een Oromummaa ifatti akka bahuuf Barsiisaa Wangeelaa Haayilee Mikaa'eelis nuuf dhiyeessi baay'een namaa waa'ee oromoo kanaa haa baratu.
@chalatube6157
@chalatube6157 4 ай бұрын
Namni kuuni nama ciima dhaga rabbi oromo anni qaman bekka akkuma hasawu kanaa inni 👍👍👏🤝👈
@IbsaaDggafaa
@IbsaaDggafaa 4 ай бұрын
Oromo nama kaanaraa waa baraane yoomile homaa baraatuu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@user-ge1pu9ov5c
@user-ge1pu9ov5c 4 ай бұрын
dhugaa waaqayyoo haasaan kee hin quufamu nama waaqayyoo Gabii Guutamaa musee bara jeenyaati ati innis nama sabasaaf quuqamu ture. eebbifami ammayyuu waaqayyo sammuu kee hubannaa caaluun eebbifami❤❤❤❤❤❤
@waktolegenati6848
@waktolegenati6848 4 ай бұрын
Maqaa Meedaniyalem (Qorichaa Addunyaa ) Mikael, Gabriel, Maariyaam jedhamuun naannoo tokko maaliif waamam jette dallanuun kee nama hin dhibuu hafuurri kee garami akka tahee akeektuudha malee Afuuftuu mandaraa
@abdiemiru
@abdiemiru 4 ай бұрын
Haasaa Gabii Guutamaa dhaggeeffadhee hin quufun dhugaa😍😍😍
@yuusufmohammed3122
@yuusufmohammed3122 4 ай бұрын
Gabii guutamaa hiriyaa koo ture, dhugamatti nama homaa hin sodaanneedha seenaasaa yeroo inni ijoollee turen beeka , haaftaamuu gaafii gaarii gafatee hin quuftu, wongeela duwwaa lallabuun akka hin danda'amne qeesotaafii sheekkonni oromoos nama kanarraa barachuu qaban.
@billisumma
@billisumma 4 ай бұрын
Yuusuf kiyya sheekonni amanti qofa hin lalaban fknf raayya Abba macca kaasu dandenyaa akkasit laali
@user-me3kp4kf2f
@user-me3kp4kf2f 4 ай бұрын
Eeee.ijolee.asasaa.nagadhaa.nafisi.biyakooti😍😍😍😍😍🫡🫡
@SeenaaArsii
@SeenaaArsii 4 ай бұрын
oggaanan Keenyyaa iyesus kiristosii ilmaa mariyamtii dhiini Keenyyaa ofummaaf Rakkatii tiiksee garrii qabnaa ❤️❤️❤️❤️❤️💪
@workubirhane1945
@workubirhane1945 4 ай бұрын
Ammeenn Hadhoo Hadhoo Tiyyaa 🙏🙏🥰🥰
@dabalebonsa1138
@dabalebonsa1138 4 ай бұрын
Gabi is extraordinary pastor. Thank you so much, my brother!
@yonasteshome-3831
@yonasteshome-3831 4 ай бұрын
Bar/sa Hailemikael nuuf affeeri ❤
@magartukalbessa3462
@magartukalbessa3462 4 ай бұрын
The brilliant pastor speak of my head. I can't thank him enough. He is my age bzw.
@ayanashumi913
@ayanashumi913 4 ай бұрын
Galatoomi General Habte, waan Raajii Gabii nuuf dhiyeessiteef.
@user-tv5fx5gy6w
@user-tv5fx5gy6w 4 ай бұрын
“ምድርና በእርሷ ያለው ሁሉ፣ ዓለምና በውስጧ የሚኖር ሁሉ የእግዚአብሔር ነው፤” - መዝሙር 24፥1 (አዲሱ መ.ት)
@hika1333
@hika1333 4 ай бұрын
እቺ አስተያየት ደስ ትላለች ግን የእግዚአብሔር ቃል እንኳን በኦሮሞ ክልል ብቻ ነው የምሰራ ዛሬ የወሎ ሕዝብ እንኳንስ ምድር ሁሉ የእግዚአብሔር ሆኖ መኖር ይቅርና መኪና ተሳፍሮ ቤቱ ለመሄድ ደብረብርሃን ላይ ይታረዳል ስለዚህ ለዚህ ሚዲያ ሳይሆን ለአማራ አቀንቃኞች ለማስተማር ሞክሩ ለእነሱ ቢሆን ጥሩ ይሆናል ።
@user-tv5fx5gy6w
@user-tv5fx5gy6w 4 ай бұрын
@@hika1333 Warri Amaara ofiin jedhan waa'ee warra Oromiyaa keessatti ajjeefamaa jiran qofa dubbachuu fedha.Warri Oromoodha ofiin jedhan waa'ee miidhaa naannoo Amaaraa keessatti raawwatamaa jiru dubbachuu fi dhaga'uu qofa barbaadu, garuu dhugaan jiru hundi keenya bineensa gara jabeessa kan dhala namaaf gara laafina hin qabaatin dhugaa kana fudhachuu yoo dadhabne nageenyi nuuf abjuu ta'ee itti fufa!
@negeroduressa
@negeroduressa 4 ай бұрын
Uuff na qabaanesitee raajiiko atti professor raajiidha jabaadha issin biraa jiraa
@biliseetube4167
@biliseetube4167 4 ай бұрын
Waaqa koo Gaalata kee Amantaa Ishee jaalqabaa Ortodoksii Ta'uu koo Nin gaamadaa 🥰🥰⛪️
@DarajeBayana
@DarajeBayana 4 ай бұрын
Yuudonni yesuusiin mormaa turan waan haaraa fidde jedhanii, akkasuma Phaawolosinis Ari'ataa turan yeroo inni isa dhuraa dhiisee lammata dhalatee yesuusitti amane. jalqaba jechuu dhiisi hubadhu.
@fikirudegefenano3112
@fikirudegefenano3112 4 ай бұрын
Amantaa warra amaaraa
@fireeadunaa1989
@fireeadunaa1989 4 ай бұрын
​😂😂😂tish@@fikirudegefenano3112
@prophetahimedkebede8030
@prophetahimedkebede8030 4 ай бұрын
Amantaan jalqabaa bara meeqaa hundaa'e ?eenyutummoo hundeesse? Mee macaafa keessa kutaasaa natti himi
@kenasafeyisa6131
@kenasafeyisa6131 4 ай бұрын
“Garuu baay'een warra dura jiran keessaa warra hundumaa booddee kan ta'an jiru; warra hundumaa booddee jiran keessaas warra duraa kan ta'an jiru” isaaniin jedhe. Maatewos 19:30
@EtenuuWarquu
@EtenuuWarquu 4 ай бұрын
Madaanaalamiin biyya fudhate😊 Boolee Madaanalamii Gimbii Madaanalamii Dambii Madaanalamii Cingii Madaanalamii Soorgaa Madaanalamii Beddellee Madaanalamii Qakkii Madaanalamii Faaris Madaanalamii Adaamaa Madaanalamii Qaacanee Madaanalamii Kattaa Madaanalamii Qabbannaa Madaanalamii Eebbalaa Madaanalamii Mooyaalee Madaanalamii Ishoo baga biyya fudhate 😊😊😊😊😊😊😊😊😊 An kanan yaadadhun barreesse; Isin immoo kan beektan katabaa✍️
@biqiltugadisa6998
@biqiltugadisa6998 4 ай бұрын
Inafaadha
@DanielAmanti
@DanielAmanti 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ waqayyoo isin haa tiksuu qaqalikoo nuuf ebifamaa laman kessaanuu
@user-ln8qv4bc1g
@user-ln8qv4bc1g 4 ай бұрын
Uuuuuuffee waaqayoo isinifihaa ebisuu ebifaamaa dachaa ulfaadhaa barumsaa Gaariidha dhugaa dubaatee dhiraa jabaa!!!!!! ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@IbsaMorkaKitila
@IbsaMorkaKitila 4 ай бұрын
I rely appreciate Mr.Gebi Gutama for his deep understanding about Oromo and Oromia true politics, specially about the domination land of Oromo. Thank you Brother. keep it up!
@aberashayele66
@aberashayele66 4 ай бұрын
Habtish bagaa nagaan nuu dhuftee hasaa gabii baayee natii tolaa eebiffamaa
@user-zw6hj7cl7i
@user-zw6hj7cl7i 4 ай бұрын
Waqaayyoo ilmaa dhugaa bekuf dubbaattu sif haa kennuu Gabi koo dhugaan sifgaltee kun malqaba utuu shimaalisiif galee silaa urgoo turee jiruun🎉
@BurtaBurta-md3yb
@BurtaBurta-md3yb 4 ай бұрын
Bayee namaa dhiibaa hasaasaa jiraadhuu❤❤❤
@waqaayyoobekkaadhaa171
@waqaayyoobekkaadhaa171 4 ай бұрын
Jabaa namaati atii dhugaa💪💪💪🥰🥰🥰🥰
@solomonmelkamu3565
@solomonmelkamu3565 4 ай бұрын
Raajii Guutamaa nama sabaa waaqayyoo sihaa eebbisu!
@Gechiwest
@Gechiwest 4 ай бұрын
Gabii amantaa biraa busheessuu fi gadi qabuun sirrii miti otoo waa'ee amantaa hin kaasiin miidhaa jiru ibsuu dandeessaa ture.amnataan kan saba tokkoo otoo hin taane kan nama itti amane tokko ti.kanaafuu bulchiinsa isaa fi namoonni amanticha gaggeessan rakkoo qabaachuu danda'u rakkoon kun amantaa kam keessa iyyuu jira. "raajii arguuf beera fuudhu namaa deessu namaa keessu" Habtish si hin maxanu kan booda itti hin deebi'in.
@user-dw5yd2rt9v
@user-dw5yd2rt9v 4 ай бұрын
nama jabaa Oromoon qabdu pastor Gebi Gutema guddaa galatoomi kan akka keetii nuuf haa baay'isu🥰🥰🥰
@AlemuKebede-ks7vf
@AlemuKebede-ks7vf 4 ай бұрын
Waaqayyoo si Yaa eebbisuu Eebbifami ❤❤❤
@aanaashow2403
@aanaashow2403 4 ай бұрын
❤Habtish Baayee Ulfaadha Ati Keessummaa Kes Hamaan Isin hin Argin 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@tarruujabuu5614
@tarruujabuu5614 4 ай бұрын
What an amazing prophet we have!
@IbsaaDggafaa
@IbsaaDggafaa 4 ай бұрын
Habtish jabadhuu atiile wanii ajiiba ojacha jirtaa galatoomi ❤🙏
@MulunehB
@MulunehB 4 ай бұрын
Araara! ❤️❤️❤️ Araara! ammas Araara!🙏🙏🙏
@user-ti3sl5oh5f
@user-ti3sl5oh5f 4 ай бұрын
Baga waqayyoo si ❤❤dibee nuuf kenne isaaf hagalatuu
@user-dn8fy5xh3q
@user-dn8fy5xh3q 4 ай бұрын
Obolessaa koo kabaja obbolummaa siif qaba garuu wangela ni amanta ta'ee amanta waliitti hin naqiin kan darbeyu nugahaa oromummaaf kiristaanummaan wal hin arguu ishii Garuu jalatamuuf jechaa warrii kaleessee wan baay'ee fakkeesuu ni beekna yaa qabqee show kabajaakee ofirrati eegadhu atis ishii Silaamo Tawayidoo gituuf jechaa rakkata ati yee tawayidoon soreetiidha kadhattu
@tayitutube891
@tayitutube891 4 ай бұрын
Dhugaadha kun Ebbiifamii ort xiqqeessuuf yaaluu jarii
@Nimotube12
@Nimotube12 4 ай бұрын
Xiqqeessu osoo hin taanee dhugaan jiru waan ort nu godhaan gadi hin banee
@Jabotola
@Jabotola 4 ай бұрын
Gabii Gutamaa bagumaa dhalatee❤
@mathiashaile4479
@mathiashaile4479 4 ай бұрын
Raajii Gabii eebbifami haadhoo koo eegumsi waaqa siif haa baay'atuu 🙏
@workubirhane1945
@workubirhane1945 4 ай бұрын
🥰🥰🙏🙏👍👍
@Balacho-ne3ei
@Balacho-ne3ei 4 ай бұрын
Ammallee dhugaa isin haa dubbisuu jabaa keenya
@lovemy6167
@lovemy6167 4 ай бұрын
Nuuf jiradhaa qaxaleewan Kenyaa 🥰🥰🥰
@MurteessaaDhugaasaa-js1nm
@MurteessaaDhugaasaa-js1nm 4 ай бұрын
Raajii Gabii koo akkasitti itti himi jiraadhu Dhugaa 🙏❤️🙏
@milkiofficialyoutube7642
@milkiofficialyoutube7642 4 ай бұрын
Thanks so much Paster ❤❤❤❤❤
@abdiemiru
@abdiemiru 4 ай бұрын
Raajii Gabii dhiirati dhugaa beekaa America bulchuutu siif mala ❤
@kareemhashem5391
@kareemhashem5391 4 ай бұрын
🤣🤣🤣
@teshomewami2488
@teshomewami2488 4 ай бұрын
Do you know constitution of USA?
@Lidiyaa926
@Lidiyaa926 4 ай бұрын
Namaa beekaa fi hubataa jaba❤❤
@abomabedasa
@abomabedasa 4 ай бұрын
Raajii Gabii Sabboonaa Ilmaa waaqqayyoon isin haa tiksu jabaadha. Thanks Habtamu Lamuu
@rita-fh6qp
@rita-fh6qp 4 ай бұрын
Akkasumati gubaatu malee Orthodox power
@yadamam339
@yadamam339 4 ай бұрын
waw dhugaa otoon guyyaaa guutuu dhageefadhe hin nufu❤❤❤
@user-lf9bj4eh2t
@user-lf9bj4eh2t 4 ай бұрын
Gently man habtish and gabi we love ❤❤❤❤both
@lalisabulcha1225
@lalisabulcha1225 4 ай бұрын
yes eebbifami raajiin raajii caalu sagalee waaqayyooti!
@naftanmoti1501
@naftanmoti1501 4 ай бұрын
#raajii jabaa kana baay,een jaaladha..jeneral habte thank you🥰
@user-gy7bm6bg1r
@user-gy7bm6bg1r 2 ай бұрын
Very smart and articulate person 😍😍😍❤️💚❤️👈🏽 May God Bless You & Your Family Today And Always Amennnnnnnnnnnnnnn x 3🙏🏾🙏🏾🙏🏾
@tamiratshewule
@tamiratshewule 4 ай бұрын
Haile mikaa'el Taddasaa nuuf fidi Habte maaloo leenca akkuma Gabiiti innis
@Mekdes-ir8jw
@Mekdes-ir8jw 4 ай бұрын
Galataa silasee ganaa bayyannaa issin ta,aa gubadhaaa❤❤❤
@KasimHj
@KasimHj 4 ай бұрын
Maljeta ergaamtu Faannoo😂
@DebelaAbdeta
@DebelaAbdeta 4 ай бұрын
Sanyii minilik
@user-ge1pu9ov5c
@user-ge1pu9ov5c 4 ай бұрын
kan gubate haa gubatu malee maaltu nugubaree of hin beeknee wayii
@gamenago424
@gamenago424 4 ай бұрын
Boolee Madaanalamii Gimbii Madaanalamii Dambii Madaanalamii Cingii Madaanalamii Soorgaa Madaanalamii Beddellee Madaanalamii Qakkii Madaanalamii Faaris Madaanalamii Adaamaa Madaanalamii Qaacanee Madaanalamii Kattaa Madaanalamii Qabbannaa Madaanalamii Eebbalaa Madaanalamii Mooyaalee Madaanalamii Ishoo baga biyya fudhate😊😊😊😊😊😊😊😊😊
@KokebWolde
@KokebWolde 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@fireeadunaa1989
@fireeadunaa1989 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@ysrx8655
@ysrx8655 4 ай бұрын
❤❤❤❤ganaa bayeen osoo dinni gubbatuu galata waqayoo
@user-tw6ks6fp8e
@user-tw6ks6fp8e 4 ай бұрын
Raajii gabii nuuf jiraadhuu❤❤❤❤❤❤
@fatewake2940
@fatewake2940 2 ай бұрын
Rabbii umurii si haa dheeresu nama cima akkana qabachun waan gudadha
@user-uo4dl1jd9f
@user-uo4dl1jd9f 4 ай бұрын
Muxe hadha keetii salmii! Paster salamii salamii hatuu
@furnemiresa1
@furnemiresa1 3 ай бұрын
Uuuuuffee akumaa ananii namaa qabaneessaa dhugaa gorsikee gorsakee kanaa dhageefachuukootii heduu gamadaa wa bayee baradhe 😢❤❤❤
@tamarxash.tafarraa3577
@tamarxash.tafarraa3577 4 ай бұрын
Namichaa gowaa nanaa inafaan afuraa qulqulluu kesaa bahii Seexaanii safanaa haa rajuu😂😂
@Rabunii808
@Rabunii808 4 ай бұрын
Safara qeeraa Jan jiraatu saree waan ta'eef bar
@chawogi4291
@chawogi4291 4 ай бұрын
This guy is well matured and out spoken!
@biko331
@biko331 4 ай бұрын
Salammaa😅😅
@biiftuu383
@biiftuu383 4 ай бұрын
Dhugaa keeti❤❤❤❤❤❤❤
@mosisadugasa9228
@mosisadugasa9228 4 ай бұрын
Habtee si jaallanna garuu Mankaararistuu kanarraa fagaadhu!
@user-tx5tf1yq1k
@user-tx5tf1yq1k 4 ай бұрын
"Gabin Nama waaqayyoo dhugaan eebbisee hubannoo kallattiilee maraan ija beeksumsa waaqayyoo salamooniif kenneef nama hubachuuu dandauuudha ....! Waaqayyo si haaa eeebbisu lubbuuu dheeradhuu
@belayaschenaki6651
@belayaschenaki6651 4 ай бұрын
really u are gentleman 💪
@user-yb3ub8bq1e
@user-yb3ub8bq1e 4 ай бұрын
Wow wow bagaa nagaan dhuftaan nuuf jiraadhaa haffaa bullaa❤❤❤❤❤❤❤❤
@Bereda100
@Bereda100 4 ай бұрын
Great conversation 🤩
@AhmedinYusuf-pl4ng
@AhmedinYusuf-pl4ng 4 ай бұрын
Wallahi Baga dhaalate Rajii
@NaolDiriba-lu9mb
@NaolDiriba-lu9mb 4 ай бұрын
Perfectly said Pr.
@gadisedaabbse190
@gadisedaabbse190 4 ай бұрын
Dhugaa dubachuu cuubbuu mitti ❤❤❤❤❤❤ gabii😊😊
@user-uo4dl1jd9f
@user-uo4dl1jd9f 4 ай бұрын
Habatee atiyuu marata dha.
@almaztesfa1039
@almaztesfa1039 4 ай бұрын
Dhugaa Sirra hin badin nama cima barii kee haa ebbifamu pastor❤❤❤❤❤
@fanjishow1566
@fanjishow1566 4 ай бұрын
QAANQEE SHOW🙏 Habtish, Jeneraalticha Gingilchaa, Qaxalee Qaanqee🥰🥰🥰🥰
@IbsaaDggafaa
@IbsaaDggafaa 4 ай бұрын
Anii nama kaana bayee raajefadhe dhugaa rabbi isaa yaa jiraachisu boo jiradhuu ❤❤
@user-rr6oe6zz9o
@user-rr6oe6zz9o 4 ай бұрын
Gowotaaaa amantaa orthodox bara baran bayyataa mana qulqulumaa isaas bakka demtan hunddatii argitan Ethiopia 🇪🇹 keesatii
@gamachisgonfa7244
@gamachisgonfa7244 4 ай бұрын
You are hero & 🙌 real talkers and positive mind set ❤❤❤.
@mesayabenet8592
@mesayabenet8592 4 ай бұрын
I can’t wait Habbtish,
@gamegeta9890
@gamegeta9890 4 ай бұрын
dhugadha ati nama jabadha atumti iyyuu jajjabeffamuu qabda ani waan ati jeetu rra bilisa garuu keessa naa keessse good to hear from u this
@user-ey3tp8sz5l
@user-ey3tp8sz5l 4 ай бұрын
Wow❤ nama jabaa ❤ dhugaa
@getachewderessa7915
@getachewderessa7915 4 ай бұрын
Korma ilmaa kanaaf umurii dheeran hawwa
@user-xh9rl7xh4y
@user-xh9rl7xh4y 4 ай бұрын
Thank you!!!!!!!!!!!!!!!! Habtish
@saradamisee1972
@saradamisee1972 4 ай бұрын
Hafatamu amatii kenyaa arabasuu irra ofi qusachuu umataa inafan mataa koree
@magartukalbessa3462
@magartukalbessa3462 4 ай бұрын
"I don't believe politics is a dirty game. I believe it is an opportunity to serve your people with transparency" Tsedal Lemi(PhD)
@magartukalbessa3462
@magartukalbessa3462 4 ай бұрын
Oromo understand the "sustainable politics" Dr Tsedal. Sustainable politics is only based on serving the people equally which is gada system privilege.
@user-hx6ew3bx7i
@user-hx6ew3bx7i 4 ай бұрын
Ayyyii Raajii !! Raajiin saba qoqodaa??
@user-oy2yf9wi5n
@user-oy2yf9wi5n 4 ай бұрын
Galatoomi Habtish, Waan hundi siif Galte, Namootni ati fiddu illee akkuma keeti. Gebi great Man….
@user-tu5xw2kg5q
@user-tu5xw2kg5q 4 ай бұрын
Habtish baayee Sin gaalateeffanaa well come
@user-dq8rh6lo5t
@user-dq8rh6lo5t 4 ай бұрын
Dhugaa waaqayyoo dhageeffadhe qufuun dadhaabe dhugaa imiimaamttu naa hudhee😢😢😢😢.... Habtish I'm so proud of you my brother ❤️ 💙 stay blessed family 👪 🙏 ❤️ 💙...
@fireeadunaa1989
@fireeadunaa1989 4 ай бұрын
😂😂boche xumurtee
@Glory_to_Glory12
@Glory_to_Glory12 4 ай бұрын
welcome Dr. Nafyad
@user-xf5mi1dt3k
@user-xf5mi1dt3k 4 ай бұрын
Rabbi isiin lameen ha eguu nagaa nuf ta'a qaliiwan koo❤❤❤
@hirutnemera8095
@hirutnemera8095 3 ай бұрын
Gabiin nama ciimaa dha nu jabaadhuu
@user-ob8tx4xw2n
@user-ob8tx4xw2n 4 ай бұрын
Waw,Habtish..Jabaa namaa
@GAMADABate
@GAMADABate 4 ай бұрын
Jabaadhuu
@tolerasolomonchewaka-xb9oq
@tolerasolomonchewaka-xb9oq 4 ай бұрын
Afte mejabaadhu
@AshebirTamiru
@AshebirTamiru 4 ай бұрын
Iyyaa akkuma iyyitutti hafta raajii keenya
@liverpoolrocking22
@liverpoolrocking22 4 ай бұрын
Galatoomi hubanna fi ayyaana waaqayyoo Sirra akka jiru hubadhera
@KalifaJuhar
@KalifaJuhar 4 ай бұрын
Very good🎉 keep up
@ragebekele3216
@ragebekele3216 4 ай бұрын
Gabii baayyee namatti tola haqaa dubbachuu irraa wantaa nama gammachissuu hin jiru baayyee gariidha.Jabadhu!!!
@user-ic1lu1ms4l
@user-ic1lu1ms4l 4 ай бұрын
Cara itti Annu Abbaa wolaloo mia,ya Amani nyafaroo nuu fidii hadara namni sunii waan Baye samuu Isa keessa jiraa
@user-fx5ro4kq9m
@user-fx5ro4kq9m 4 ай бұрын
Dhugaa gurbaan sun walaleessaf weelisaa cimaadha akka dhiheessittu general
@mustefateshita863
@mustefateshita863 4 ай бұрын
Jabaadhu nama Waaqayyoo
@WabiGudisa
@WabiGudisa 3 ай бұрын
Jeeneral me Haayilamika'eel nuu baarbadii.
@shagawallo8664
@shagawallo8664 4 ай бұрын
Gabi Ida.aoo bayye jaladha Akkasuma kefayaloo tufa akkasuma nuf dhihessa jenerala qanqe show habtamu gingisha 🙏
Nama guyyaa Afuriif 'President' ta'e!! .. Aartisti Ibroo Ibsaa
42:25
Slow motion boy #shorts by Tsuriki Show
00:14
Tsuriki Show
Рет қаралды 9 МЛН
A teacher captured the cutest moment at the nursery #shorts
00:33
Fabiosa Stories
Рет қаралды 52 МЛН
Bofaaf Hantuutan nyaachaa ture. Dr.Eng. Indaalee Abbabaa
44:15
Qaanqee Show
Рет қаралды 83 М.
OROMIA11: KOMEDIIYAAN WAAQOO FI HAADHA MANAA ISAA.
42:50
Oromia 11
Рет қаралды 512 М.
Paaspoortiin manatti kennamuufi .....
42:48
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 3,3 М.
Waardiyyaamallee ta'a jedheen dhabe! Aartisti Taaddasaa Fiixee
36:41
Muudannoo Ajaa'ibaa- Adam Haruun
13:42
Melko
Рет қаралды 210 М.
❗️XOTINI HAMMASINI URMOQCHI 😱😱😱
0:14
HUSAN_SHORTS1
Рет қаралды 2,5 МЛН
MAGIC DRINK TRICK TUTORIAL 😱😳
0:20
Milaad K
Рет қаралды 62 МЛН
Doing This Instead Of Studying.. 😳
0:12
Jojo Sim
Рет қаралды 8 МЛН
Oi Oi Oi & E E Ei Meme Looking For a Girlfriend
0:26
Mischief time
Рет қаралды 39 МЛН