QOPHII IJOOLLEE:KICHUU Ep 6

  Рет қаралды 30,755

EGEREE MEDIA

EGEREE MEDIA

2 жыл бұрын

ONLY ON EGEREE MEDIA
Egeree Media is an Oromo Media dedicated in supporting and introducing New Oromo Comedians, creators and Gospel singers by financially supporting the production. Videos uploaded on this media solely belongs to Egeree Media. Re-uploading any of the medias creations and content is prohibited!
Follow us on:
Facebook(Gaaddisa Oromiyaa)
/ egereemedia
Telegram channel
t.me/EgereeMediaChannel
Telegram group
t.me/EgereeNewGospelSongs

Пікірлер: 99
@ummufarahaantaabaalee1748
@ummufarahaantaabaalee1748 2 жыл бұрын
Osso Ijoolleen akka tunii jirtuu oromoo balleessinaa jedhaa yaddaan warraa mataa qulaa
@tarikuhambisaofficial4611
@tarikuhambisaofficial4611 2 жыл бұрын
Dhiifamaa wajjin gaaffii daa'imoota ilaallatu qofa daa'ima gaafachuun gaariidha. jaabadhu itti fufi
@geletatesfe3702
@geletatesfe3702 2 жыл бұрын
bayee hojji midhagadha jabadha qaxxalee ijjollee tenyaa
@seenaa87
@seenaa87 2 жыл бұрын
Guddadhuu bareeduu koo afaan ishee akka damma mi'aawaa❤😌 Qophii ijoollee kana itti nuu fufa😍
@kemoTube2
@kemoTube2 2 жыл бұрын
Hojii kanaaf Ulfaadhaa. Garuu Media irratti baasuun dura gaaffilee tokko tokko shaakalsiisuun hojiin keessan akka bareedee mul'atu godha. Akkasumas fedhii, gochaa, dandeettii isaanii maatiirraa qorachuun gaaffilee isaanii qopheessuun gaariidha. Kabajamaa
@yazidyazid1792
@yazidyazid1792 2 жыл бұрын
Waw.bayee. jimatuudh.waqayyoo.si.ebisu
@dhugaadhidhimte4721
@dhugaadhidhimte4721 2 жыл бұрын
Waaww hedduu namatti tola, garuu daa'imman waa'ee siyaasaa gaafataa hin oolinaa
@mustiyyeejimmaa
@mustiyyeejimmaa 2 жыл бұрын
Guddadhu Mi'ooftuu ko🥰🥰😍😍😍🥰🥰😁😁
@ummufarahaantaabaalee1748
@ummufarahaantaabaalee1748 2 жыл бұрын
Yaa habibtii rabbiin sii guddisuu
@fanocasstu3183
@fanocasstu3183 2 жыл бұрын
Qophiin keessaan baredaa jaabadhaa , garuu ijoollee wanumaa biyyaa lafaa qofaatti hin jajjaabisuu qofaa utuu hin tanee Waa'ee Amnaattati hafuraattis utuu guddiftaan gaariidha
@Anastasia-og7ix
@Anastasia-og7ix 2 жыл бұрын
Gudadhuu kichuukoo ijoolee was ee siyyasa hin gafattiiin
@bekamafekadu8314
@bekamafekadu8314 2 жыл бұрын
Afaan oromo hin ballessi maalo, media dhan waan oromoo torbaan waamu keessaan sanbata xiqqa waanti jedhu hin jiru . Sanbata Fi Dilbata
@nuradinoro6727
@nuradinoro6727 2 жыл бұрын
Wowoow umaata ko oromo baye baredaa dalgaa jiratana nufa jabdha torbedhana sila nufa gadhifatanii garidha galtomii bayee ❤❤❤
@birtukanfelekaa5925
@birtukanfelekaa5925 2 жыл бұрын
Galatomii Guudaa keenyaa Qophiii kanaa qopheessuu keessaaniif Baay,ee issiin gallaateffanaa,,,,, muucaattiin ciimtuudha dogoraa ta,uus yaaliin ishee daas jedhee,,,,,hin herumuu jechuu jalqabanii warrii xiqqooniis nurraa kaasii. Ya waaq 😭
@metikumela1262
@metikumela1262 2 жыл бұрын
Sirbbii cubbudha yane mar waqayyoon hubanafi ogummadhaan siya gudisuu
@martagemeda3284
@martagemeda3284 2 жыл бұрын
Taphaa baredaa ture garuu namni kenyaa commedii afaani oromo bayyee hin dawwatannii oso afaani jaarani ta'ee yootani mili3:3 tee
@makiidaakataboomakiidaakat5505
@makiidaakataboomakiidaakat5505 2 жыл бұрын
dhugaa keti
@martagemeda3284
@martagemeda3284 2 жыл бұрын
Wowww dhugaa jeete sirbituuni motumaa waqqayyoo hin gaaltuu
@vvbfgtt3871
@vvbfgtt3871 2 жыл бұрын
Itt fufaa hoji gaaridha
@anisjiraamallamchanell2027
@anisjiraamallamchanell2027 2 жыл бұрын
Gaafi cicimaa ingaafatin
@tarikuhambisaofficial4611
@tarikuhambisaofficial4611 2 жыл бұрын
erga gootanii immoo kan jaraa irraas muudii jijjiiraaa waanan oromoof quuqamuuf
@habibagadisaa9757
@habibagadisaa9757 2 жыл бұрын
Wwwaaawww❤❤❤❤❤✅✅✅ Jawwee❤❤❤❤
@marymay6518
@marymay6518 2 жыл бұрын
Kichuu koo🥰 waaqayyoo sihaa guddisuu
@hamzuoroshow7782
@hamzuoroshow7782 2 жыл бұрын
Qophii Bareeda itti fufii maloo gudadhuu hadhoo koo
@wondimuabichu1489
@wondimuabichu1489 Жыл бұрын
Gudadhu
@anisjiraamallamchanell2027
@anisjiraamallamchanell2027 2 жыл бұрын
Bareecha arka dha afiiii
@Fedhasaa_Q
@Fedhasaa_Q Жыл бұрын
Guddadhu Kichuu
@tsigebungul2150
@tsigebungul2150 2 жыл бұрын
Yene tefachiye geta eyesus yasedegish🙏🙏❤❤💝💝💝i
@xh1903
@xh1903 2 жыл бұрын
Dhugaa mucayyon namaa gurgudda tokkoo tokkoo daran caaltii waa,ee jawar sirriittii dubbaatee
@fanushalomicom1137
@fanushalomicom1137 2 жыл бұрын
Woooww guddadhuu
@metikumela1262
@metikumela1262 2 жыл бұрын
Waqayyoon siya gudisuu dammaa kiyyaa🥰🥰🥰😍😍😍
@GumaMedia12
@GumaMedia12 2 жыл бұрын
Qashtii intaala oroomoo
@hrjiabdisa1835
@hrjiabdisa1835 2 жыл бұрын
Qoophiii bareeddaaa yaadaaf hoojii bareedaa dha.
@anoromodha4152
@anoromodha4152 2 жыл бұрын
Waan gaaridha itti fufuu qabdu
@senaa2350
@senaa2350 2 жыл бұрын
♥️♥️♥️♥️♥️❤️❤️❤️💓💓💓❣️❣️❣️❣️💝💝💝 Uuuuuphaaaa Bucheekoo 🥰♥️❤️ ❤️❤️ Afaankee Namaatii tolaa 💓💓💓
@eduurkush2056
@eduurkush2056 2 жыл бұрын
Woww Ittii Fufaa Gudadhuu Bareduu koo jajjabeessa Oro koo🥰🥰🥰🥰
@robotfamilychanal7685
@robotfamilychanal7685 2 жыл бұрын
Eduu nabse mati naf ta'i me malo yo fedha ke ta'e ebifami
@kuwtk5051
@kuwtk5051 2 жыл бұрын
Guddadhuu
@nanatiinuradiin1760
@nanatiinuradiin1760 2 жыл бұрын
𝐖𝐚𝐰𝐰𝐰𝐰𝐰𝐰𝐰 𝐛𝐚𝐫𝐞𝐝𝐮𝐮 𝐤𝐨𝐨
@anaaabelbiranu3636
@anaaabelbiranu3636 2 жыл бұрын
Tiktikiran arge dhufe 🥰🥰🥰
@anisjiraamallamchanell2027
@anisjiraamallamchanell2027 2 жыл бұрын
Wawww babareeduuwan keenyaaas
@sifansifan6753
@sifansifan6753 2 жыл бұрын
Wowow gudadhu baredu ko❤️❤️
@badhasaahamad5762
@badhasaahamad5762 2 жыл бұрын
Qophi baredadha itti fufa
@munirahafiz1242
@munirahafiz1242 2 жыл бұрын
Wooooow guddaadhu giftii koo ❤❤❤
@rowcell8528
@rowcell8528 2 жыл бұрын
Woww guddadhuu xiqo koo 😍😍😍😍
@chalkedir3457
@chalkedir3457 2 жыл бұрын
Gudadhu damma to jawwe ko 😍😍😍
@werkineshasfawu5203
@werkineshasfawu5203 Жыл бұрын
😍😍😍
@bashowerkesa957
@bashowerkesa957 2 жыл бұрын
Sibookoo gudadhii💜❤️♥️💯✅
@SomoIya-qh7jz
@SomoIya-qh7jz 3 ай бұрын
❤❤❤🎉🎉
@kitatita1578
@kitatita1578 2 жыл бұрын
Bayy'ee namati totuu
@lemmi9176
@lemmi9176 2 жыл бұрын
Waaaaw baayyee bareeddan❤️❤️
@kuwtk5051
@kuwtk5051 2 жыл бұрын
❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️💚❤️
@bontumiratubone4861
@bontumiratubone4861 Жыл бұрын
Qopiin keessan gaaridha
@fooziya3288
@fooziya3288 2 жыл бұрын
Dinqii lijoochi jalati hin dhumina kanaa ilaala ummata oro
@aishaalabdu5073
@aishaalabdu5073 2 жыл бұрын
Wow ittifufaa
@hayatwaqoo1559
@hayatwaqoo1559 2 жыл бұрын
Gudadhu bareeddu koo ❤️🥰🥰🥰
@oromiyaantanoromootitube3512
@oromiyaantanoromootitube3512 2 жыл бұрын
Bareedduu guddadhu
@fireefiree4788
@fireefiree4788 2 жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰
@ebiseoroebbiseetaaddasaa3560
@ebiseoroebbiseetaaddasaa3560 2 жыл бұрын
😢😢😢😢😢😢 uuuuuuuuuuuuufffffffffff yaa waqaayyookoo allaa ani keesaa jiruu natii fakkataa farafannaan kunii
@imanekumaleephisamucaakaku5780
@imanekumaleephisamucaakaku5780 2 жыл бұрын
Woww jabadha
@urgokebe7331
@urgokebe7331 2 жыл бұрын
Wawuu gudadhuu 😘😘😘😘😘😘😘😘
@hawwiimolee7887
@hawwiimolee7887 2 жыл бұрын
Guddaadhuu ❣️❣️❣️😁😁😁
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 2 жыл бұрын
Wow Gudadhuu
@martagemeda3284
@martagemeda3284 2 жыл бұрын
Welcome 😁😁😁💓💓💓💓
@laliseayyana7800
@laliseayyana7800 2 жыл бұрын
Nama borasitiii
@gnetekebede9893
@gnetekebede9893 2 жыл бұрын
♥️💜💓💖💘👍
@masybrahanoo9734
@masybrahanoo9734 2 жыл бұрын
Oromoo koo 😍😍😍😍💋💋💋💋💟💟💟👌🙏🙏🙏🙏🙏
@lalisetamasgen4407
@lalisetamasgen4407 2 жыл бұрын
Wow ❤💚❤
@zenashirepaye6656
@zenashirepaye6656 2 жыл бұрын
Guddadhu 🥰🥰🥰🥰🥰
@feyrouth9177
@feyrouth9177 2 жыл бұрын
Guddadhu xiqoo koo😘😘😘😘😘
@robotfamilychanal7685
@robotfamilychanal7685 2 жыл бұрын
Feyrout hadhoko mati naf ta'i me malo yo fedha ke ta'e ebifami
@martbirqtube2501
@martbirqtube2501 2 жыл бұрын
Bareduu koo 💔❣💔
@makiyas2881
@makiyas2881 2 жыл бұрын
Gudadhuu kichuu ko
@gedamegersa5066
@gedamegersa5066 2 жыл бұрын
❤️❤️wow
@meyraatech-talk7949
@meyraatech-talk7949 2 жыл бұрын
Wowww
@robotfamilychanal7685
@robotfamilychanal7685 2 жыл бұрын
Meyraa sanyi mati naf ta'i me malo yo fedha ke ta'e ebifami
@jitubeksisa2695
@jitubeksisa2695 2 жыл бұрын
Kkkk
@gadaatola3978
@gadaatola3978 2 жыл бұрын
Sirbuu tokkoffaa maqaa maalidha?
@zamzamsaguree8030
@zamzamsaguree8030 2 жыл бұрын
Kkkkkkkk
@anoromodha4152
@anoromodha4152 2 жыл бұрын
❤❤
@fikirutemesgengeleta2944
@fikirutemesgengeleta2944 2 жыл бұрын
The way you interviewed her is not attractive! Kids were loved very energetic with very smart questions!
@nasaphone3340
@nasaphone3340 2 жыл бұрын
Kkk❤❤❤
@bontubontu1294
@bontubontu1294 2 жыл бұрын
💞💞💞💞💓💓💓💓😥
@seenaakoo3034
@seenaakoo3034 2 жыл бұрын
well come kkkkkkkkkkk
@shawaatube3303
@shawaatube3303 2 жыл бұрын
😁😁😁😁
@user-cb2jp7nr5p
@user-cb2jp7nr5p 2 жыл бұрын
💞💞💞💞💞💞🌱🌱🌱🌱😘😘😘😘
@letich331
@letich331 2 жыл бұрын
Wow
@robotfamilychanal7685
@robotfamilychanal7685 2 жыл бұрын
Letisho hadhoko mati naf ta'i me malo yo fedha ke ta'e ebifami
@letich331
@letich331 2 жыл бұрын
Atis naf ta'ime
@veryfunny5362
@veryfunny5362 2 жыл бұрын
Hhhh uuyi
@buzeetube9755
@buzeetube9755 2 жыл бұрын
Guddaadhu saree koo
@ademedao3820
@ademedao3820 2 жыл бұрын
Guddadhu kichuu too! Garuu 'interviewer'n gaafileen akka Daa'imman hin dhiphisnetti gaafadhu. Please! Gaafii isaaniif hin malle hin gaafatin! Jaalala, heeruma/fuudha, iccitii maatii...
@abalenchotube9263
@abalenchotube9263 2 жыл бұрын
coppy hin godhinaa baayyee nama jibbisiisa dhugaa ormi namatti kolfa kichuu kichuu jettanii hhhh
@siiqqeechannel4440
@siiqqeechannel4440 2 жыл бұрын
Maalidha copy paste iyyu gochu dadhabdaniho ,,no creativity at all
@makiidaakataboomakiidaakat5505
@makiidaakataboomakiidaakat5505 2 жыл бұрын
wwwwoooowwww naaf gudadhuu dammaa too
@seenaakeebekii7820
@seenaakeebekii7820 2 жыл бұрын
Guddadhuu Sareekoo🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@robotfamilychanal7685
@robotfamilychanal7685 2 жыл бұрын
Senaa tiruuko mati naf ta'i me malo yo fedha ke ta'e ebifami
@sifansifan6753
@sifansifan6753 2 жыл бұрын
Kkkkkkkk
QOPHII IJOOLLEE: KICHUU EP 7
18:38
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 5 М.
QOPHII IJOOLLEE: KICHUU EP1
19:50
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 11 М.
Получилось у Вики?😂 #хабибка
00:14
ХАБИБ
Рет қаралды 7 МЛН
버블티로 체감되는 요즘 물가
00:16
진영민yeongmin
Рет қаралды 110 МЛН
Happy 4th of July 😂
00:12
Pink Shirt Girl
Рет қаралды 39 МЛН
'Qusannaa'  Diraamaa
10:33
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 11 М.
Akufuna kupha mafumu a ku Ntcheu; Umboni wa mfuti 400 tili nawo
8:45
Bakili Muluzi TV
Рет қаралды 34 М.
በስንቱ
13:03
GiBi 94
Рет қаралды 381
🤲Faarfaannoota Kadhannaa haala addaan qindaa'an #Dhaggeeffadhaa!
59:48
Barnoota Saayinsii Naannoo Gulantaa 2ffaa OBN Gaammee
19:24
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 33 М.
KOFIIN waliin QOOSAA/TAPHA GABAABAA kutaa 2ffaa
23:50
JCP CHURCH
Рет қаралды 149 М.
Diraamaa Leetoo Maatii- Waadaa
46:06
OBN GAAMMEE
Рет қаралды 11 М.
QOPHII IJOOLLEE/KICHUU EP 6
19:55
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 11 М.
Найди Влада на стадионе
0:26
ЛогикЛаб
Рет қаралды 3,8 МЛН
МЛАДШАЯ СЕСТРА И МОРОЖЕНОЕ ИЗ АРБУЗА
0:41
ОЛЯ ПЕРЧИК
Рет қаралды 973 М.
Мужчина С Золотыми Руками 💪
0:42
EpicShortsRussia
Рет қаралды 2,5 МЛН
رورو ضد رقيه🔫😲🚀 #shorts
0:13
رورو فاميلي | Roro Family
Рет қаралды 29 МЛН
Сын вернулся с войны и сделал сюрприз 🤯
0:17
Фильмы I Сериалы
Рет қаралды 3,6 МЛН