Rifeensaa caccabee, googee fi bubbuqa'uuf furmaata!!! Oromo beauty, Ethiopian beauty

  Рет қаралды 18,833

Oromo Koo

Oromo Koo

2 жыл бұрын

#oromobeauty
#bekashow
#mikomike

Пікірлер: 113
@marytafadi746
@marytafadi746 2 жыл бұрын
Galatoomi bayee isaa ❤️❤️Ani kokonati fayadamaa ofiraa hin dhiquu garuu bayyee naaf tolee jiraa galatoomi kanasi ni bitadhas
@oromolady9967
@oromolady9967 2 жыл бұрын
Bareduu oromo jiradhuu waan bayyee nuu gargaruu fiddee dhuaa aniis naan gargaramaa dhugaa jette bayyee gariidhaa hordoftottaa oromo chanallii gargarammaabayyee jallattuu jabadhuu
@kiyyaailluu7482
@kiyyaailluu7482 2 жыл бұрын
Nuuf jiraadhu❤️❤️❤️❤️❤️❤️ ogeettii koo
@user-me3kp4kf2f
@user-me3kp4kf2f 4 ай бұрын
Jabadhu.bareduu.koo❤❤❤
@TaslimaGalali
@TaslimaGalali Ай бұрын
Jabadhu baredutoo wwwwooowww bayye namatii tola ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@fatumaware6573
@fatumaware6573 2 жыл бұрын
Maashaa Allaa rabbii sii haa jaalatuu qashatii
@genetamante5948
@genetamante5948 2 жыл бұрын
Jabaadhu Oromo koo, info gaarii nuu latte. Eebbifami
@robotfamilychanal7685
@robotfamilychanal7685 2 жыл бұрын
Gaani ko maati naf ta.i pls
@chaltuchaltu6464
@chaltuchaltu6464 2 жыл бұрын
Jabadhuu bareduu koo mataani koo hiduumaa iraa buuqaa mee malii haagodhuu😭😭😭
@oromotube4879
@oromotube4879 2 жыл бұрын
Bareduukoo gallattomii nuuf jiradhuu gorsaa nuuf oduuf gallattomii jabadhuuuu😍🥰🥰🥰🥰
@AbdulApp
@AbdulApp 2 жыл бұрын
Good Job Bayyee gaariidhaa Jabaadhuu 👍
@peaceman2068
@peaceman2068 8 ай бұрын
jabaadhu
@alamtujuma4579
@alamtujuma4579 2 жыл бұрын
ebbifamii😍😍
@artuioRastr
@artuioRastr 2 ай бұрын
Galatum baredadha jabadhu
@dhaabbatadamee1849
@dhaabbatadamee1849 2 жыл бұрын
jabduu koo galatoom waan gaariidha
@user-yc2xs7wz2x
@user-yc2xs7wz2x 2 ай бұрын
Baayyee galatoomi Essa argama qibatichi
@halimasabotuoromo4517
@halimasabotuoromo4517 2 жыл бұрын
Wowow hojjii bareedadha galatomi
@sabrinaibas
@sabrinaibas 9 ай бұрын
Wahe hin jirea dha😢😢😢😢
@asiaabdulmajida8639
@asiaabdulmajida8639 2 жыл бұрын
Jabadhu
@baessatasissa8261
@baessatasissa8261 2 жыл бұрын
Hojii bareedaa
@umerhassan8068
@umerhassan8068 2 жыл бұрын
Hojii bareedaa dha bareeduu
@tinsaeterfa4529
@tinsaeterfa4529 2 жыл бұрын
Galatoomi burtee koo waan sirrittti na gargaaru nuu fiddee
@seenaakoo3034
@seenaakoo3034 2 жыл бұрын
jabadhu
@fgf9327
@fgf9327 Жыл бұрын
Mashaa.AIIaa ❤❤❤
@gfhj2889
@gfhj2889 2 жыл бұрын
Nuuf jiradhuu bareduu kooo
@HaHa-fb6gu
@HaHa-fb6gu Жыл бұрын
Oke
@makiyamakiya5608
@makiyamakiya5608 9 ай бұрын
❤❤❤❤
@johnytechh5035
@johnytechh5035 2 жыл бұрын
Wowo yada garidhaa galatomi gudaa ❤❤🥰🥰🥰😍😍😍
@SIMBOOTUBE
@SIMBOOTUBE 2 жыл бұрын
Wawuu bayee garidhaa.💕💕pls maatti naaf ta'aa kunoo ani dhuferaa .
@oromokoo5733
@oromokoo5733 2 жыл бұрын
Tollee Gallattomii 🙏
@GgTggg-ys3hu
@GgTggg-ys3hu 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@romanwondimu414
@romanwondimu414 2 жыл бұрын
Any difference between green and blue color
@oromokoo5733
@oromokoo5733 2 жыл бұрын
I believe the difference is just the scent but same purpose!
@friendfriend279
@friendfriend279 2 ай бұрын
Jabadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤
@Koranii-zj2qk
@Koranii-zj2qk 7 ай бұрын
Hawiinegalaana
@LiliLili-fy8nw
@LiliLili-fy8nw 2 жыл бұрын
Wow bareeddu koo nuuf jiraadhu ♥️♥️♥️
@user-vb1rg5vc3p
@user-vb1rg5vc3p 6 ай бұрын
🥰🥰🥰🥰
@Saas-t9p
@Saas-t9p 27 күн бұрын
Ani waan hundan yaale rifensa kiyya niciccita maali waansaa
@biftuu4119
@biftuu4119 2 жыл бұрын
Good
@user-cy4vh4oz4y
@user-cy4vh4oz4y Ай бұрын
dhifama garuu Rifeensii koo haphidhaa, akkamitti naaf bay'ata?
@wasilawazir3791
@wasilawazir3791 2 жыл бұрын
Well come 😍😍
@aberashbiri8518
@aberashbiri8518 2 жыл бұрын
Eebbifami burteko jabadhuu ❤❤❤
@robotfamilychanal7685
@robotfamilychanal7685 2 жыл бұрын
Maati naati naaf ta.i sanyiko pls
@user-xu2ud3lp2f
@user-xu2ud3lp2f 10 ай бұрын
akami dhugadhaa fayadamtee
@IsolatedIsolated-vv2fy
@IsolatedIsolated-vv2fy Жыл бұрын
Baye bareedaa
@gadisemamo6489
@gadisemamo6489 2 жыл бұрын
Wow baayee gaaridhaa ani fayyadamaan jiraa isaa cafiin isaa cacabulee gaaridhaa dhugaa jetee oromoo koo chanel gaalatoomii
@robotfamilychanal7685
@robotfamilychanal7685 2 жыл бұрын
Maati naf ta.i sanyiko pls
@user-jg5fu4id3v
@user-jg5fu4id3v 5 ай бұрын
Jabadhuu❤❤❤
@user-jg5fu4id3v
@user-jg5fu4id3v 5 ай бұрын
Jabaadhuu ❤❤❤❤❤
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 Жыл бұрын
Wowwwww
@siifaansiifaan1606
@siifaansiifaan1606 Жыл бұрын
Galatomii bareduu tenyaa
@b.badhatujimaa8661
@b.badhatujimaa8661 Жыл бұрын
Bareduu ormoo giftii koo bagaa nagan dhuftee damaa namaa
@bontugeresu3608
@bontugeresu3608 2 жыл бұрын
Bayyee galattomii barumisa garidhaa
@lensagemechu2871
@lensagemechu2871 2 жыл бұрын
Wooow jabadhuu Initalaa Oromoo👏👏👏👏
@hvjf3991
@hvjf3991 11 ай бұрын
Kiremi mataa keenyaa nufi dheeressa?
@oromootube935
@oromootube935 2 жыл бұрын
Galatomi giftkoo❤❤❤
@muaznezif7274
@muaznezif7274 11 ай бұрын
galatomii sanyii ko jabadhuu
@lalistuwoyesa5223
@lalistuwoyesa5223 2 жыл бұрын
❤️❤️👏🙌🏽
@MagarsaaNigatuu-dg7xq
@MagarsaaNigatuu-dg7xq 2 ай бұрын
Aluma takkati akas akas akas
@hortekushii189
@hortekushii189 2 жыл бұрын
Galtomi ❤️❤️
@SaadaTube-uw6xn
@SaadaTube-uw6xn 2 ай бұрын
Hida jaala yoo diban nii midhaa moo??
@yaarabbbisimaqofaabdadhaa7967
@yaarabbbisimaqofaabdadhaa7967 8 ай бұрын
Essatti argama
@user-ho9sy4pk9e
@user-ho9sy4pk9e 8 ай бұрын
Soba Kee dhugaa homa fayadhu
@user-xq9ww3gz5v
@user-xq9ww3gz5v 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@kooketi7326
@kooketi7326 Жыл бұрын
Galatomi giftikoo rifesi kiyyaa bayyee cacaba amasimoo cafi nufurdata maalgochu qaba cafisa yoon mure rako hiqabu miiti❤❤❤
@MarktMarkt-pm7dz
@MarktMarkt-pm7dz 4 ай бұрын
Kan gophiisu natti himi isadhugaan jedhe obboleettikoo haphiifha kankoo
@FatimaAhmed-uj4zg
@FatimaAhmed-uj4zg Жыл бұрын
Galatomii bareduu koo
@annanimer-xc6gh
@annanimer-xc6gh Жыл бұрын
Bareddu koo 💖💗
@masaratsharo9560
@masaratsharo9560 Жыл бұрын
Esaat argamaa bareduu koo maloo❤❤❤
@Honor-yb4jy
@Honor-yb4jy Ай бұрын
Xalabi anu ara xallabn ka, eti😢
@amishascookingchannel98
@amishascookingchannel98 2 жыл бұрын
Gaalatomi nuuf qoduu ketif
@simbo8917
@simbo8917 2 жыл бұрын
Essa argama maloo 😥❤
@almaz4672
@almaz4672 7 ай бұрын
Gltomii kodee tenyaaa
@kingcell4953
@kingcell4953 5 ай бұрын
anf garuu nfentane blu majikin kunei
@boontuu7077
@boontuu7077 Жыл бұрын
❤❤❤
@abdissagamadda4421
@abdissagamadda4421 Жыл бұрын
Atii Abba Mana hin qabdaa banaati baay,ee sii jaaladhee
@fatumaware6573
@fatumaware6573 2 жыл бұрын
💜💜💜💜💜
@ekramabdela8107
@ekramabdela8107 2 жыл бұрын
❤❤
@user-pm4wv5lg3k
@user-pm4wv5lg3k Жыл бұрын
Lubbu kiyya qalli galatomi
@user-sh6rk4sr7e
@user-sh6rk4sr7e 2 ай бұрын
Anilee heduu fayadama siridhaa kun gariidhaa
@biliisummanawii.kootiii3150
@biliisummanawii.kootiii3150 2 жыл бұрын
👍👍♥️👌👌
@caaltuutube7217
@caaltuutube7217 4 ай бұрын
Maalif baddee bareedduu keenya you tube irraa
@genetgemechu6159
@genetgemechu6159 Жыл бұрын
Guddaa galatomii lubbuu anu Duraan mataa kiyyaa shiboo tokko ama ergaa isaa dubachuu qabee garii naaf tahaa jiraa dhugadhaa Duraan qibatiin hin dibatiin hin jiruu homaa tokko naaf godhuu didee
@halimarsi5574
@halimarsi5574 2 жыл бұрын
Galatomi rifeesa kiyyaa bayyee cacaba 😪
@marytafadi746
@marytafadi746 2 жыл бұрын
Kokonati ykn zayiti qulubii adii sani fayadami kiyyasi Duran cacabaa turee ama garuu lafee naaf dheratee jiraa🙏
@activeact1233
@activeact1233 7 ай бұрын
​@@marytafadi746maloo rifensii kiyyaa na jalaa buqee dhumee mee maloo godhuu 😢😢🙏
@jalatuumolidhaa2475
@jalatuumolidhaa2475 Ай бұрын
Galatomii qaliko garuu matako hin cicita hin jabatasi qorichi isa mal
@LiliLili-fy8nw
@LiliLili-fy8nw 2 жыл бұрын
Kan Qeensa Biqilchu yoo beekta ta'e nuutti himi bareeddu koo
@sanyiacaluhundesa7102
@sanyiacaluhundesa7102 2 жыл бұрын
Essa bitana qibati kana amzon irra jirra
@oromokoo5733
@oromokoo5733 2 жыл бұрын
Eyye Amazoon irran bitadhee
@sarahtube3042
@sarahtube3042 11 ай бұрын
Dhabamene ni bubuqaa abbo
@sanyiacaluhundesa7102
@sanyiacaluhundesa7102 2 жыл бұрын
Heddu galtomi baredu koooo
@j2dibaba380
@j2dibaba380 Жыл бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉❤❤❤🎉🎉🎉❤❤🎉🎉
@deseexiyyee4415
@deseexiyyee4415 Жыл бұрын
𝐃𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚❤❤❤❤❤
@wanofigelana3156
@wanofigelana3156 2 жыл бұрын
𝐺𝑎𝑙𝑡𝑜𝑚𝑖 𝑏𝑎𝑟𝑒𝑒𝑑𝑢𝑢 𝑘𝑜𝑜𝑜𝑜𝑜🥰🥰🥰🥰
@ChaltuAddisu-fj6ml
@ChaltuAddisu-fj6ml Жыл бұрын
Wud matan kiyya fuduran dhume gogogadha hin cacaba maal gochun qaba mare
@yesusyesus8583
@yesusyesus8583 2 жыл бұрын
Qashixikoo mee maaloo Maaltuu naaf hapisaa nati himimee kankoo yabudhaa Kani namaa shan hin tadhaa dhugaa naa fillamuu Akka barbadee hin hidhadhuu sababisaa baayee yabuu Wan tadheef kanaa Jani hapisuu furmata saa naaf himaa maaloo Maaloo????
@geghehghshsh2502
@geghehghshsh2502 2 жыл бұрын
kkkkkkkkkk naf iriii kanko aphiidhaa
@yesusyesus8583
@yesusyesus8583 2 жыл бұрын
@@geghehghshsh2502 hhhhhhh hin qaldin Anni rakkadhenidhaa
@htg7447
@htg7447 2 жыл бұрын
Lali waqayyof galani haa tau isumaa barechii qabadhuu,anii akumaa kee kani hapisuuf yaaleen waa dibadheen,ji’aa 4 bodaa wanini ta’ee naatu bekka naraa fixee maloo homaa hin yaalin.keenna waqa gariidhumaa.akkasitu goobun baredda tau isaa refuun barre
@BekamtuAdugna
@BekamtuAdugna 4 ай бұрын
Maloo maf baddee giiftiikoo
@tyty2207
@tyty2207 2 жыл бұрын
Burtee koo akkamiti hapisitii bune qopefanaa naf debisiime
@geghehghshsh2502
@geghehghshsh2502 2 жыл бұрын
mee kan dheresuu naf imimee sabontukoo
@oromokoo5733
@oromokoo5733 2 жыл бұрын
Tolle Gallattomii
@marytafadi746
@marytafadi746 2 жыл бұрын
Kootuu Ani siif himaa Kani naaf dherese
@shtoo6261
@shtoo6261 Жыл бұрын
@@marytafadi746 Nuutii himi mee 😁😁😁😁
@activeact1233
@activeact1233 7 ай бұрын
​@@marytafadi746natii himii mee rabbii jedhii 😢😢
@sanyiacaluhundesa7102
@sanyiacaluhundesa7102 2 жыл бұрын
Dhuga gobazi atti nyani atti hojatu dhuga hedu namti tolla naf galtomi
@oromokoo5733
@oromokoo5733 2 жыл бұрын
Naaf jiradhuu Gallattomii 🙏
@warqiijamaal3434
@warqiijamaal3434 2 ай бұрын
❤❤❤❤
@bashadutube
@bashadutube Жыл бұрын
❤❤❤❤❤
لااا! هذه البرتقالة مزعجة جدًا #قصير
00:15
One More Arabic
Рет қаралды 50 МЛН
Кадр сыртындағы қызықтар | Келінжан
00:16
Dibata fuulaafi gogaa keenyaaf filatamaa tahan. Fuula keenya maaltu balleessa?
10:57
Molaa'uu ykn haphachuu rifeensaa maaltu fida?
8:25
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 80 М.
Rifeensi koo ergaan qibaatii kana dibachuu eegalee.....
10:45
Fayyoo Jaalalaa
Рет қаралды 5 М.
Bubuqqa'uu/dhumuu rifeensa mataa
3:55
Dr Abera olani BFD
Рет қаралды 1,2 М.
forfoorri mataa guutumaa guututti firaa balleessuf #oromoo #ethiopia
7:05
Firomsa Ibrahim, Health Education
Рет қаралды 6 М.