RNH 812, July 3, 2023 Soora Qalbii

  Рет қаралды 33,570

Nuuralhudaa

Nuuralhudaa

Жыл бұрын

RAADIYOO NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
SOORA QALBII
Sagantaa 812ffaa
July 3, 2023
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
☑ Dhaddacha Jaalalaa
Doosee 183ffaa
☑ Tana Quba Qabduu?
Mootummoota umrii dheereffachuuf
jecha lubbuu ofii galaafatan
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
🎛 Online & Download HD hearthis.at/9459098/
⬇️ DOWNLOAD bit.ly/rnh812
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
📶 Mobile biyya keessaatiif linkii xiqqaa
bit.ly/rnh812m
📺 Qulqullina Bareedaa HD KZfaq • RNH 812, July 3, 2023 ...
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Yaada sagantaa keenyarratti qabdan dhaamsa gabaabduun nuuf ergaa
Email: mail@nuuralhudaa.com
✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪✪
Application NuuralHudaa download godhuuf goo.gl/Ieo7dv
Facebook / rnuuralhudaa
Twitter / nuuralhudaa
Instagram / soora.qalbii
Telegram Channel t.me/nuuralhudaa1
Spotify: spoti.fi/3dow8JK
Apple Podcast: apple.co/3Iq7d6P
Deezer: www.deezer.com/en/show/2730112
Website www.nuuralhudaa.com
Copyright: Nuuralhudaa Media 2023
Any illegal reproduction of this content will result in immediate legal action.

Пікірлер: 282
@isaahajjii416
@isaahajjii416 3 ай бұрын
Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah Mashaa Allah tabarakalaa Galatea rabbii gudaa jazaan kesaan Janataa haa ta, uu inshaallaah 🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@jannatulfehrdous498
@jannatulfehrdous498 2 ай бұрын
Mashalaa yàa ummataa nurnhuda ràbbiin umrii kesaan nuuf haa dherssuu mashalaa ☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
@ibsajamal5267
@ibsajamal5267 Жыл бұрын
Yoo nama dhugaan dhiifama gaafate tahe itti heerumi ammallee irra deebii dalagaa isaa qoradhu amala isaatis hundarra rabbi kadhadhu galatoomaa
@kamilebrahim7257
@kamilebrahim7257 Жыл бұрын
Mashaa Allah jabaadhaa halaa garii irraa jirtuu jzkl
@madinasultan722
@madinasultan722 Жыл бұрын
Obletti tiyya Fariyaa Oblessa kiyya Usmaan rabbin umrii isin haa dheressu hunda kessanu jabadhaa itti nuu fufaa isin jedha dhumarratti Diraamaa maa nuu hin dhiyessine 🥰🥰🥰
@user-ob2ic7mq1s
@user-ob2ic7mq1s 2 ай бұрын
Masha allah tabaraka allah rabbiin siniraa hajalatuu yoo dhugumanii dhifamaa gafatee tayee itii haa eruumituu
@user-pl5lu9om3c
@user-pl5lu9om3c 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤ Masha Allah Masha Allah wallah rabbif jecha isiin jaaladhaa
@NameMaqa-dn5so
@NameMaqa-dn5so Жыл бұрын
MashaAllah MashaAllah tabarakah Allah rabiin isiin errah hajallatuu barumsa guddaa isiinir baratara jzkn
@mrindia2422
@mrindia2422 Жыл бұрын
Mashllha Tabarakllhaa Rabbin isinira Hajalatuu walalo Ajibatii Heduu Namatii Tolla jabadha Amallee itifufa Usataza Kenya Qalii Abadun Nasir Tufaa❤❤❤❤❤❤❤❤Gudda Galatoma ❤❤️❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰 Anii Sora Qalbii Hanga dhumaa Dhagefadhagefadha Hamasin Naga dhamatamanutiu❤❤❤❤❤Gudda Galatoma ❤❤❤
@user-yd3ow4zl2v
@user-yd3ow4zl2v 23 күн бұрын
Mashallha Tabaarak llhaa Rabbin isnira Ha jajaalatuu waltalo ajibatiii aHeduu Namatii Tollaa jabadha amalleei
@user-pm6pt5km5k
@user-pm6pt5km5k Жыл бұрын
Mashaa Allah Tabarakallah Ta'abbi kessan Rabbin jeennatan isiinif haa deebisuu
@user-sb9kv6on5l
@user-sb9kv6on5l Жыл бұрын
Mashaallah tabarakaallaah rabiin isiniraa ha jaltuu jzkrn ❤❤❤
@HalalmediaHalalmedia
@HalalmediaHalalmedia 8 ай бұрын
Maaha Allah tabarakallha rabbiin siraa haa jalatuu barakallaha fikumu ❤❤
@TuleUmar
@TuleUmar 22 күн бұрын
Maashaaa allaaah jazaa kallaah
@faxumaumar3041
@faxumaumar3041 Жыл бұрын
Ajaabii dubiin nama Raabiiti hin Amani ni Rakata SuubanaAlha Alhaduulhilhaa Kani isilamuma nufi keenetiye❤❤
@umarkadiir2524
@umarkadiir2524 Жыл бұрын
Mashaa allhaa rabbii isiiniraa haa jaallalaatuu wlh wan heduu isiin irraa barchaa jirraa
@garibelolo4236
@garibelolo4236 Жыл бұрын
Mashaa Allah Rabin isin iraa haa jalatuu RNH Galatomaa
@makiyaaaliyyii8169
@makiyaaaliyyii8169 Жыл бұрын
Masha Allah Tabarakallah sagantaa gutuutii dhagefadhe jira Allahmadulilaah Tan intala debisa abba murtii eggadha waan nama Rifachatii
@Umarsaed119
@Umarsaed119 Жыл бұрын
Masha Allaah jajjabaadha gorsi,gochi,haalli fi Amalli keessan namatti tola isin jaalanna rabbiif jecha
@samiraoromojimma833
@samiraoromojimma833 Жыл бұрын
Mashaa allah rabbi issin irra haa jallatu ani guutudhageffadhaa heddu galatomaa❤❤
@user-hw1xj3zq2j
@user-hw1xj3zq2j 2 ай бұрын
Wl wr wb anaa dhufuu qaliwwanii tenaa mashalaa rabbin isnii iraa haa jalatu jzk❤
@mrindia2422
@mrindia2422 Жыл бұрын
Wallekumasalam waramatullhii Wabarakatuhu mashllha mashllha Tabarakllhaa Rabbin isinira Hajalatuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@radinakamal3545
@radinakamal3545 Жыл бұрын
Maashaa Allah jazakum allah keyran barakkallah fikum akkanumati itti fufa rabbiin sadarka kessan warra tolee irrati oolee waliin isiin haa taasisuu
@oromiyaanbiyyaakooasas17
@oromiyaanbiyyaakooasas17 Жыл бұрын
As wr wb akkam nagaa jirtuu MASHA Allah rabbiin isiini irraa haa jalaatu Jzk Sagantaan keessaa baay'ee namati tolaa Jabbaadha sagantaa keessaa baay'ee nuu fayyadaa jiraa namaa waan dhagaaheeti fayyadamuu rabbiin nuu haa tasisuu isiinilee rabbiin umrii isiin haa dheerreessuu 🎉🎉🎉🎉🎉
@miskozaker2809
@miskozaker2809 Жыл бұрын
Masha Allah rabbin umrii kessan haa dheresuu
@duuutti4414
@duuutti4414 Жыл бұрын
As wr is mashallaah mashallaah Rabini isni raa haa jaltuu
@mimaaakadrkadri8823
@mimaaakadrkadri8823 Жыл бұрын
ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ماشاءالله ❣❣💙💙❤❤❤❤❤
@idayahidayah2243
@idayahidayah2243 Жыл бұрын
Walekumasallm iti erumuu qabdii sababnii aduniya kanaratii namnii hin dogogoree hin jiruu wan taef erga dhifama gafatee Rabbin nuha qajelchuu☝️☝️
@AkkmiOromyaa66
@AkkmiOromyaa66 Жыл бұрын
السلام عليكم ورحمه الله وبركاته ما شاء الله تبارك الله الله اكبر ما شاء الله عليكم
@tescomo3345
@tescomo3345 4 ай бұрын
As wr wb akami ngya jitani masha allah baye nama totani ani baye isi hodofa garu wani baye isinira baradhe jaka kumula galatomi ani gafi qaba ani biya araba jira garu aka biya araba dhufe herume garu buti tiya na tane oso ni jalati namai iti na kane ana biya haraya bati taka bicha bira tae deme ama jireya kiya haraya egare jira nama baye na gafate na fudhu na isi jasi kiya dura nika nara hike jira garu waraqa na hi kanine me aka na jateni isi nikani nis na jira mo aka 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤
@sitiraliove112
@sitiraliove112 Жыл бұрын
as wr wb Mashallahaa tabarakkallaha heduu takka isiin irraa gammana jiraa itti fufaa
@MaaruufMaaruuf-zg1pt
@MaaruufMaaruuf-zg1pt Жыл бұрын
Mashaa Allah Rabbiin isinirraa hajaalatu saganta kan baay'ee jaaladha keessafuu nutti dargaggoota hedduu Abdii nutti horaa jirtan galatoomaa Ulfaadhaa
@user-el5cq2bz5k
@user-el5cq2bz5k 10 ай бұрын
Masha alah
@user-bf9dq2xy5q
@user-bf9dq2xy5q Жыл бұрын
As wr wb kabajamtotaa qobesitotaa Huralii Hudaa Rabinii umrii isnii ha dheresuu jabadhaa halumaa kanani itii fufaa qobii tesanii yeroo bayee ni dhagefadhaa akasumaa Nani jaladhaa qobii tesanii jabadhaa halumaa kananai iti nu fufaa
@dineabdukedir1331
@dineabdukedir1331 Жыл бұрын
As wr wb akkamii Nagaa usmaan fi farhiya umrii dheertu nuuf jiraadha jacha Maasha Allaah sagantaalee isin nuuf dhiheessiitan hedduu irraa baraane gaaruu sagantaan isin nuuf maxxansiitan halkan wiixata walakkaafa nu biraa dhaqqabuutti jiraa osoo galgalan gad nuf dhiistani gaariidha Maasha Allaah rabbin isin irraa ha jaalatu
@user-vv3zk1zn6e
@user-vv3zk1zn6e Жыл бұрын
Subahanallha walhiy gadisisa lakisa etii herumum hin qabadu
@nurajituuoromiyaa6612
@nurajituuoromiyaa6612 Жыл бұрын
Mashaa Allah mashaa Allah qopiin kesaan heduu nuu barsisa fii boharsaadha garu gafi mucayoo san akaa yadaa kiyatii itti herumu qabdi jedhaa malif yoo jetan isii duraa san nabsiyaa isatuu janjana obsuu dhabe wolin hasayara male osoo dhugan jalatee ta.e akuma isii hatantaman matii ergate isii duraa sanis ergata ture kanafu mucatin tana wan fedhuu ykan wan jalateef mati ergate akasuma ama matiins qopii iraa jirani kanafu qalbin umatale itti cabdii itti herumu qabdi jedha ani wolahu.a.alam
@maryamatube5423
@maryamatube5423 Жыл бұрын
Masha allha rabbin isin ira ha jalatu
@MadinaMadina-gk2ek
@MadinaMadina-gk2ek Жыл бұрын
Walkumaa assalamii woramatulayi wobarakatuu Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam Saallahualleyyiiwaassaallaam
@zinabafocader8131
@zinabafocader8131 Жыл бұрын
#wlwrwb welcome #MashaAllah
@user-wm4ey8vq2q
@user-wm4ey8vq2q Жыл бұрын
Mashaa alha sagataa kessaa bay namatti tolaa garuu sagataa kan osoo video nuu gootanii bay namatti tolaa
@madinasultan722
@madinasultan722 Жыл бұрын
ما شاء الله ما شاء الله ما شاء الله، baga nagahan dhuftan Qaqqaliwwan tennaa JZK ❤❤❤❤❤❤❤❤
@JeylanHaji1
@JeylanHaji1 Жыл бұрын
Islaama taasisee Rabbiin isin faahe Miidiyaa gaariirra Fuudhee isin kaahe Rabbi isin haa milkeessu Waan gaarii hojjattuu Beekumsa qabdaniin Hawaasa fayyadduu Kan mukaahee Bohaarsitanii Sammuu bashanansiistan Kan yaaddahe gorsitanii Boriif Abdachiiftan GALATOOMAA👍
@sulxaanamaan6572
@sulxaanamaan6572 Жыл бұрын
Herumu qabdi rabbi isaa haa dhiisu.
@aaa-eh2bf
@aaa-eh2bf Жыл бұрын
Waleykumusalam Waramatulahi Wabarakatuh MashaAllah qophiin kessaan baaye namaa tolaa bohrsaa namaa barsiisaa qophiin quba qabduu wantumaa Aja'ibaa nu dhagesisitaani Alhmadullilah Rabbii islamumaa nu badhasee
@lenchooahamedlenchooahamed4226
@lenchooahamedlenchooahamed4226 Жыл бұрын
As wr wb Ngya nuf qabadanii Jirradha wlh waa bayye baracha jirra Jazza kumulha wa keran
@asdsdtsf1660
@asdsdtsf1660 10 ай бұрын
Amiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiin ❤❤❤❤
@yesribanoor
@yesribanoor Жыл бұрын
Sallallahu aleyihi wasallam Sallallahu aleyihi wasallam Sallallahu
@sumeeawel9498
@sumeeawel9498 Жыл бұрын
❤❤❤mashallah jazakallah rabbiin isiin irra haajalatu.
@user-ku1kd2ug7d
@user-ku1kd2ug7d Жыл бұрын
Masha Allah Masha Allah baayyee namatti tola dhageefadhee hin quufuu jabaadha umurii keessan nuufa dheerressu rabbiin
@sumeyajehad287
@sumeyajehad287 Жыл бұрын
ماشاء الله تبارك الرحمن
@giftibintnuraba6745
@giftibintnuraba6745 Жыл бұрын
Masha Allah ❤
@hfhugfrghgc7442
@hfhugfrghgc7442 Жыл бұрын
Ani hunada ni dhagefadhaa hunadaa Alhamadulilayi ❤❤❤
@ganiifatoo9426
@ganiifatoo9426 Жыл бұрын
nuuralhuda Dhuguma sora qalbiitti hedduu galatooma wollah barumsaa hedduu hanga hin jenne irraa barbadee jiraa
@saadu7901
@saadu7901 Жыл бұрын
Sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam sallaallaahu Alyehi wossallaam
@nazeraabdalqader9223
@nazeraabdalqader9223 Жыл бұрын
As wr wb akam jirtuu naguma mashala rabin isinira jalatuu ishala mee rabif jedha karan isin ii argadhuu naf ima an gafii jabdun qaba garuu isin argachuu în dadenyee ME adara imelaa taus wasapiii taus mee karan îșin qunamuu naf imaaa rabif jedhatiii😢🙏🙏🙏🙏
@jundiahmed
@jundiahmed Жыл бұрын
Masha Allah isini irrahis rabbin ha jaalatu nus ha qajeelchu dubbiin fuudhafi heerumasan heddu na dhibde akka iirra caalu Rabbiin ha godhuuf
@user-ku1kd2ug7d
@user-ku1kd2ug7d Жыл бұрын
Subhaanallah yaarabbi nuqajeelchi
@mustafaoromo-xu3tn
@mustafaoromo-xu3tn Жыл бұрын
As wl wr wb akamii nagumaa Mashalla gafii oboletii tenyaa gafatee egaa dhifamaa gafatee iraa tarufii qabadii itii herumtuu❤
@BurqaMedia-qs7mc
@BurqaMedia-qs7mc 11 ай бұрын
Jazakumula keyran
@user-db5ou7kc3s
@user-db5ou7kc3s Жыл бұрын
Mashala tabarakala galatoma
@Nasrimustefa532
@Nasrimustefa532 Жыл бұрын
Ani Akkaa yaada kiyyati Heerumu qabdi ilima Namaa Guutuu Miti Beeki
@darartuziyaad6934
@darartuziyaad6934 Жыл бұрын
Subahanallh wan akka male nama gadisisa dhuga herumu hin qabduu
@muslimaamharic794
@muslimaamharic794 Жыл бұрын
Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah Masha Allah ❤❤❤❤❤❤
@remedankedir8032
@remedankedir8032 11 ай бұрын
Mashaa Allah
@YpddluDuru
@YpddluDuru Жыл бұрын
Maashaashaall ❤❤❤❤❤❤maashaashaashaallh maashaashaall maashaashaall ❤❤❤❤❤❤❤❤
@destaborqa9246
@destaborqa9246 Жыл бұрын
Guda isini jaladha ❤❤❤❤❤❤
@hikmakalif-ig1bk
@hikmakalif-ig1bk 10 ай бұрын
Masha allh❤❤
@user-hh7qq8co6j
@user-hh7qq8co6j Жыл бұрын
Kunii sirri mitii itii hirumuun hin barabadaamu nama akkan maliifi tokkoo inii mucaayoo sanii duraa jaalata lama in mucayoo tan wojiin amala baratee hin dhisuu
@DitaKedir-bl7hk
@DitaKedir-bl7hk Жыл бұрын
Namni hin dogogorre hin jiru kanaafuu woliin maariin xumuruu woyya erga sani waan jiru woliin itti fufuudha
@waboo7906
@waboo7906 Жыл бұрын
As wr wb welcome mashaallah mee essanin gaafi dhiheyfadha mee naaf hima hedun rakame furmata naaf gootan jadhen yaada❤❤❤❤
@fateamohammad9533
@fateamohammad9533 Жыл бұрын
Kara wabsahitin eragadhu
@user-pm6pt5km5k
@user-pm6pt5km5k Жыл бұрын
Whsap isaani naaf ergii lakkofsa
@fuadalyi95
@fuadalyi95 Жыл бұрын
dogora dhifaa godhu fi qabidi mashallha zajakala kheeyran
@saadu7901
@saadu7901 Жыл бұрын
As wr wb akkaami jirtaani mashaallaah rabbiin isiin irraa haa jalatuu ergaa ammaatii ergatanii Mee lakoofsaa nuufi maxasaa gaaruu sagaleeni moo bareefamanii ergataani
@absemoha
@absemoha Жыл бұрын
Wswrwb firraa dhisuu irraa wayyadha kaa duruun akana egaluuu booda karaa wan biraa demaa
@sadiahaaabunaaabunaa3934
@sadiahaaabunaaabunaa3934 Жыл бұрын
Mashaallaha mashaallaha mashaallaha tabarkallah 🕋❤
@amanemusa8285
@amanemusa8285 Жыл бұрын
Fariya Ilmoo Tiyya Ta Akka Keeti kan Naaf Haa Godhu Jabadhu❤❤❤❤
@user-fv6lz9qf3u
@user-fv6lz9qf3u Жыл бұрын
Anii itti herumuu qabdii jedhaa maliif yoo jetaani gorffammuu qabaa waan nama garii ta'ef yoo gorsaan dhagahuu mala ishiinis egaa itti herumte bood jalalaan bojiitii
@aishamuhamed
@aishamuhamed Жыл бұрын
Aswrwb jirtuu MashaaAllaah jabadha iti heumu hin qabuu
@abdiosman2676
@abdiosman2676 Жыл бұрын
Jabadha itifufa ❤❤❤
@sumeyajehad287
@sumeyajehad287 Жыл бұрын
وعليكم السلام ورحمة الله وبركاته
@mohammed-arabmohammed9392
@mohammed-arabmohammed9392 Жыл бұрын
As wr wb wallaahi an akka yaada kiyyaatti itti heerumuu hin qabdu maaliif jannaan bultiin jachuun kaayyoodha saahiba addunyaa aakhiraati kanaaf gurbaa kana isiinuu waan fokkotaa ijasiitin irratti argite akkanfeene ammas isiinuu murteessitee waan jirtuu isiif gaariintahu
@user-dg6go8lz3b
@user-dg6go8lz3b Жыл бұрын
SALAALLAAHU ALEEYHII WASSAALAM Waa'aleeykumAsallaam Warahmatullaahi Wabarakatuuhu Maashaa allaah tabarakallaahu rabbiin isiinnirraa haa jalaatu hojatotaa Nuuralhudaa Soora Qalbii Muslimaa 😍😍💙❤
@mueezeynu
@mueezeynu Жыл бұрын
Walahi Anii amaa dhumattiin siin dhageefadha sagaantaan kesaan natii gabaabate Yoo rabbin siniif Lafiise sagaanta keesaan nuuf dhereesa Ulfaadha❤
@BurqaMedia-qs7mc
@BurqaMedia-qs7mc 11 ай бұрын
Masha Allah
@Amiinaa.Arsii.Shaashee.
@Amiinaa.Arsii.Shaashee. Жыл бұрын
Määshãällääh Määshãällääh Määshãällääh Määshãällääh Määshãällääh Määshãällääh Rabbiin issiiniraa haa jallatuu Hundii Keessanu ❤❤❤❤❤❤❤Waleykumsalam waraamatullah wabarakatuu
@BadriyaGado
@BadriyaGado Жыл бұрын
Mashallaaa❤❤❤❤❤🎉🎉💌💌💌💌
@BadriyaGado
@BadriyaGado Жыл бұрын
💌💌💌
@YpddluDuru
@YpddluDuru Жыл бұрын
Maashaashaall maashaashaall maashaashaall maashaashaall maashaashaall maashaashaall maashaashaall maashaashaall ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@muslimaamharic794
@muslimaamharic794 Жыл бұрын
Rabbii nuqajjeellachii Allah
@jamaalinternment8483
@jamaalinternment8483 Жыл бұрын
Garuu sagaluma abbaa iyyateetin haa dhiyaatu jechuun nattii hin tollee. maalif jechuun kessan hin ooluu.akkatan isiin itti dhiyeesitani fi sagalee kessaan waan akkan jalanuuf silaa sagaluma kessanin nuuf dhiyaate natti tolaa.galatomaa
@DhdhHrgrh-kp2bo
@DhdhHrgrh-kp2bo Жыл бұрын
❤❤❤❤❤mashaa allaa mashaa alaa tabarakalaa ❤❤❤❤nuraal hudaa bayee jalaadhaa
@ya.rabbii.yadaa.murada..ki5781
@ya.rabbii.yadaa.murada..ki5781 Жыл бұрын
Wara qurunaa gubuu kanaa rabbii garaa isaanii hagubatuu ishaallaha 😢😢😢😢😢😢😢Rabbii isaana haguubuu
@LenaLena-fw6zt
@LenaLena-fw6zt Жыл бұрын
Mashalla JSk
@fadutube5061
@fadutube5061 Жыл бұрын
Dhugaa dhisuu qabdii kun fakkessadha gurbaan annisin nama garii issi dubaa waan biraa dalaguu boris sanumaa bultii sente baahura amumaa maala laalatu issi wayya dhugaa
@fateamohammad9533
@fateamohammad9533 Жыл бұрын
Wl wr wb mashaa allah masha allah sagantan kessan heddu heddu namatti tola barumsa guddas qaba masha allah garu hordoftonni asirra murtani murtani tiktoki irratti gad dhisu irra oso of qusattani asuman hodofnen yada koti
@baleerobe11oromia60
@baleerobe11oromia60 Жыл бұрын
Masha Allah ❤Masha Allah ❤Masha Allah ❤Masha Allah l❤Masha Allah ❤
@thahirthahir5660
@thahirthahir5660 Жыл бұрын
Mashaallh Mashaallh Tabrakallaa ☝♥❤💖😍
@hfhugfrghgc7442
@hfhugfrghgc7442 Жыл бұрын
Ani samiraa shanaqo jedhamaa durani gafaa biyaa irraa bayu homaa hin beku dini irraa Alhamadulilayi amaa garu quranaa rabi hamaa takaa qareraa yeroo jalaqabatifi nuralii hudaa irrati qara'uu egalee wani harami tanii hedu isini irraa addaa bafadhe baradhe galatomaa ulfadhaa akanumati itii fufaa sagataa fariyafii usumani dabarasitani hedu jaladhaa garu hunadaa ni dhagefadhaa galatomaa❤❤❤
@zenabamahommed9305
@zenabamahommed9305 Жыл бұрын
Dubbin mucayyo heddu wal xaxa dha haa herumtu yoo jenne namichi haala isaa baada kanatti gaafa bulti ijare itti debihu tu mala yaada jedhun qaba ammas haa dhiftu jechutis maatin aruzaf qophaa'a jiruu maati rifachisun ni ulfaata ammas nama haala baada qabutti herumun ni ulfaata yaadni ani isiif qabu salata halkani salatte rabbi isii gaafachu rabbin waan gaarii isif haa qoodu
@Amiinaa.Arsii.Shaashee.
@Amiinaa.Arsii.Shaashee. Жыл бұрын
Waleykumsalam waraamatullah wabarakatuu Bagaa nagayan dhuftaan Mashaa Allaah ❤❤❤❤❤❤
@AbduRahman-zm2no
@AbduRahman-zm2no 11 ай бұрын
Aswrwb ergaa dhifaamaa gafaatee dhisuu qabidii namii hin dogogornii hinjiruu
@abdoumer226
@abdoumer226 Жыл бұрын
Heerumuu qabdiii waanti dhifamaa caalee hin jiruu ssanifuu heerumuu qabdii
@Haniibatee7027
@Haniibatee7027 Жыл бұрын
Amiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiin Allaahumma Amiiiiiiiiiin nufi jiradhaa rabbiin sinira haa jalatuu ❤❤✌️❤️❤️🥰🥰
RNH 814, July 10, 2023 Soora Qalbii
33:46
Nuuralhudaa
Рет қаралды 29 М.
RNH 769, December 8, 2022 Gaachana Islaamaa
41:51
Nuuralhudaa
Рет қаралды 17 М.
MISS CIRCLE STUDENTS BULLY ME!
00:12
Andreas Eskander
Рет қаралды 10 МЛН
Amazing weight loss transformation !! 😱😱
00:24
Tibo InShape
Рет қаралды 53 МЛН
🤔Какой Орган самый длинный ? #shorts
00:42
RNH 784, January 30, 2023 Soora Qalbii
30:53
Nuuralhudaa
Рет қаралды 25 М.
RNH 810, June 26, 2023 Soora Qalbii
35:46
Nuuralhudaa
Рет қаралды 44 М.
GAAFFII...❔⁉️❕     online 🟢
23:51
Sheihk Anwar Yusuf (official)
Рет қаралды 23 М.
RNH 833, November 27, 2023 Soora Qalbii
34:48
Nuuralhudaa
Рет қаралды 2,7 М.
Netenyahu iyo Maraykanku maxay isla gaadheen, iyo Debedbaxa lagu sameeyey
17:47
RNH 849, February 6, 2024 Soora Qalbii
27:45
Nuuralhudaa
Рет қаралды 16 М.
RNH 699, August 20, 2021 Gaachana Islaamaa
58:45
Nuuralhudaa
Рет қаралды 15 М.
Выйграли Много Денег с Сыном
0:55
Карман
Рет қаралды 8 МЛН
Дымок или Симбочка?? 🤔 #симба #симбочка #mydeerfriendnokotan
0:19
Симбочка Пимпочка
Рет қаралды 2,5 МЛН
貓媽媽🆚爆米花🌽🥷🍿 #aicat #shorts #cute
0:33
Cat Cat Cat
Рет қаралды 26 МЛН
Курение вредит здоровью
0:28
ЮРИЧ
Рет қаралды 3,9 МЛН