Seenaa Gaddisiisaa Obboleetti Keenyaa Kutaa 2ffaa

  Рет қаралды 118,616

Oromia 24

Oromia 24

3 жыл бұрын

Baga Gara Oromia 24 Nagaan Dhuftan
Guyyaa Guyyaan odeeffannoowwan yeroo ammee, xalayyaa fi mudannoo jaalalaa, asoosama, seenaa jireenya kan keessan isinumaaf argachu waan dandeessaniif maatii(Subscribe) keenya ta’a.
Namoonni Xalayyaa Jaalalaa ykn Seenaa Jireenyaa ykn Barreeffama Nama Barsiisu Danda’an Nuuf Ergu Barbaaddan, Erga keessan karaa message kallattin erguudhaan ittiin nu gaha.
+251937386564
Join Us
Telegram: t.me/oromia24
Facebook: / oromia24
#Oromia24 #oromia #Ethiopia

Пікірлер: 711
@Habeba-gk5xp
@Habeba-gk5xp 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuufffff 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭edaa namni akka kiyyaas jira yaa Rabbii maliif kun habibti qalii nama abshir Obsii jirenyaa kee itti fufii obsii furtu jirenyaati seenan kee kiyyaa wol fakkata maliif kan darbe dhisii tarkafii kee gara furduratti tarkafadhu giftikoo anis biyyumatti jirtu jira sena akka kee kanatu na mudate ture yeroodhaf wan darbu natti fakkane garu wonti hin darbine hin jiru wan ta'ef rakkina bay'ee dandammadhe keessaa darbe hadha ofirraa darbe nama biras gargara dallagacha jira qabenyaa dhabe jette hin gadiin sittu qabenyaa fida male qabenyi siin fidu abshir wan dhabde hunda yoo fayyaa qabe yeroo xiqotti argachu dandessa wonti sii dhamu yoo jiratti mati kee dhifama gaffadhu afii naf jedha jedhii kannara kan hafe jiru kee fuldurrattif yadii male wan darbe yade fayyaa keti rakkoo hin fidiin dhamsa kooti kana yeroo siin jedhu calliise osoo hin tane wan narra gahe jenna arge ani yeroo sana ariidha dhukkuba onnee godhadhe amma kunoo wan xiqoosi namni natti dubbachu hin danda'u wan na arsufii na nasiisu dhagenyaa nadhukku kanafiin kan sii dhama ukti kiyyaa qalii siila lakkofsa kee argadhe hamma denda'e sii gorse natti tola maliif abshir Rabbii sibira hajirattu bakka atti jirtuti sin jedha qalii nama obsa qabetti koo 💘💘💘
@oromofioromiyaaintaasalaal2453
@oromofioromiyaaintaasalaal2453 3 жыл бұрын
mee kottuu maatii naaf tahii waan ofii tiyyaa
@alahuuakubaarkabiraawlhdu9182
@alahuuakubaarkabiraawlhdu9182 3 жыл бұрын
Uuupppaa gorisaaa bareduu🥰🥰
@saboontutube881
@saboontutube881 3 жыл бұрын
Habeba maati naaf tahi tiruu koo
@megartoaduna6491
@megartoaduna6491 3 жыл бұрын
Homaa mitii wantiihundu yeroof namaa dhiphisaa malee hin darbaa❤️❤️❤️
@sabriinaaturee2318
@sabriinaaturee2318 3 жыл бұрын
😭😭😭
@seenafdisaasaa716
@seenafdisaasaa716 3 жыл бұрын
Hayye obbolletti keenya obsikee baay'ee namaa gadisiisa haa ta’u garu dhumni kee garii akka ta’u abdiin qaba atti ammallee obsa kettin jabadhu amma dandesse hojedhu isaa hojetu ofiikeef qabadhutti carraa kee gara fuldura matti keef mucaa kee waliin jireenyaa kee itti fufi sifimoo umaan kee dadhabiikee ni kanfalaa Gallatommii gamme keenya ❤️🙏😍😭
@saboontutube881
@saboontutube881 3 жыл бұрын
Seena maati naaf tahi haadho koo
@urjiiarsiisanyiijawarmuham8090
@urjiiarsiisanyiijawarmuham8090 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuffffffffff senani kee bayyee namaa gadisisaa wollahii uuuuu ossoo dhirumaa akkanaa summii obasani ajjessaan namaa gubaa wollahii 😢😥
@saboontutube881
@saboontutube881 3 жыл бұрын
Maati naaf tahi sanyii koo
@user-gc4oq2iz1v
@user-gc4oq2iz1v 3 күн бұрын
Seenaa bayyee garaa namaa nyaatu❤❤❤😢😢😢😢😢😢❤❤
@firiolshawaa7230
@firiolshawaa7230 3 жыл бұрын
Uuufff seenan kee baay'ee nama gadisisaa🙆‍♂️😭😭 waayo yaa baraa kan barumaa akkamaa keessaa jiraa silaa baraa namni nyaata dhisee nama nyaatu uuuffff😭😭😭😭🤲 obboleeti koo waqaayyoo obsa fi jajabinaa sif yaa keenu 😭 jireenyaa kee garaa fulduuraa sireefachuu yaali mee 😭 garuu duraan dursii garaa biyyaa keeti deebi'ii sanaa booda wan jiruu sireefadhuu abbaa mana keetis yoo ta'ee iddoo inni jiruu yoo beekte seeran gafachuu dandeessaa 🙅‍♀️ waayo kun onnee nama cabsaa maalo uuuuuufff🤲😭😭😭😭😭😭😭
@tawetube3279
@tawetube3279 3 жыл бұрын
Maatii nataa ii.lubuko oromoko
@saboontutube881
@saboontutube881 3 жыл бұрын
Maati naaf tahi sanyii koo
@ummufuaadjamiilaaarsiiboqo1784
@ummufuaadjamiilaaarsiiboqo1784 3 жыл бұрын
Yaa allaah 😭😭😭😭😭😭😭😭😭 Dhiisi lubbiyyee Tiyya wonti hin dabarrre hin jiru. Rabbiin fuundura kee gammachuu siif haa godhu. Inshaa allaah
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 жыл бұрын
Lubu koo mati naf ta.ime
@kwtkwt5420
@kwtkwt5420 3 жыл бұрын
Galii qabenya kee irraa sasabadhuu tolaan yoo dide kisidhaan ni aragata galii gara biyyaa abbaa keetii
@zaynabahuseen2404
@zaynabahuseen2404 3 жыл бұрын
Dhugaa dubachufii seenaa akkaa kanaa qalbii naa cabsee dhagahee hin bekuuuu uuuuuffii Abshirii obboletii koo kanaa darbee barnotaa sif haa tahuu obsii fulduratii tarkanfadhu.Namaa namaa midhee rabbii jazzaa isaa nii kafalafaa.abbanii wanii facafatee hammataa.Abshirii 😭🙏
@indiyazaakirhinboyain9807
@indiyazaakirhinboyain9807 3 жыл бұрын
Yaa Subahan Allha😭😭😭😭😭🤧🤧🤧🤧🤧Warra dhirra🤧🤧🤧🤧🤧👈
@biliseeintalaamboo8224
@biliseeintalaamboo8224 3 жыл бұрын
Uuuuuuufffffee obsi obboleettii tiyya wollahi ati badii hin qabdu badiin kan isaati dafqa kee hardhaa addunyaatiif dhabda malee boruu aakiraatiif teetuma baayyee nama gaddisiisa😭😭😭obsituu koo ❤💋
@SalamSalam-db8jn
@SalamSalam-db8jn 2 жыл бұрын
Oboleti Koo obsii rabbii siif jiraa akkuma inni jaalala Kee lafati dhiiseti atisi waa'e Isaa hin yaddiin jirenyaa hara jalqabi siluma iyyuu kuni gafaa oboleti Kee wajiin ciise sana murtessu qabda turte atisi dadhibina qabda maalif dhifama gari maale baayiste yeroo sana Kanin sii xiqeese
@indiyazaakirhinboyain9807
@indiyazaakirhinboyain9807 3 жыл бұрын
Yaa Rabbii Misikina 😭Senaa Gara Nama nyata
@obseobse563
@obseobse563 3 жыл бұрын
Uuuuffff seenaa baay'ee nama gaddiisiisuu😭waaqayyoo dafqaa kee hin gatiin waaqayyoo waan hundaa sii dabarsee har'aan sii ga'eetuu beekaa abshir kodee too dukkana bodaa ifatuu jiraa obsii rabbii sif haa fayyaaf obsaa haa baay'isuu🥺🥺🤲🙏
@ethiopia9515
@ethiopia9515 3 жыл бұрын
Uuuuuuffff yaa dhiraa malumaa issin gonuu lataa?? Wallahii bay, ee namaa gaddisisaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏
@caaltuumaatullam9635
@caaltuumaatullam9635 3 жыл бұрын
uuuuu😭💔 Laaphee kottu Naa Cabbee Edaa kuniis Jira ottu Waal Naa barsiftee bayyee natii tolla dhugaa Obolleetii koo Attii Olmaan isarraa Qabduu Lakkwamee Tiliimamee Kan dhumu Mitti Guyyaa Itti Siif debii’u Qaba WAAQAYYOO Jabiinaa Guddaa Siif Yaa keenuu Abshiir Haadho koo
@ofiniboontuusikoomandoo7521
@ofiniboontuusikoomandoo7521 3 жыл бұрын
Seenaani kee bay'ee gara namaa nyata Ani Aka kooti kani siifi dhaamuu ituu Ama daftee kara biyaa galtee nati tolaa inisi siifi deebuu ni danda Atisi dubartiidha yeerooni kee dhumaa jiraa kanaa oliiti rabbii guudaani sifaana haa ta'uu☝️🙏
@saboontutube881
@saboontutube881 3 жыл бұрын
Ofini maati naaf tahi tiruu koo
@Ayyaantu
@Ayyaantu 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭 ani jechaan dhabbee dhugaa waan hunddaafu waaqayyoo obsaa fi jajjabbina siif haa kennuu isaa darbee dhiisii boriikeef abdii hin kutiin jabaadhu maatti keemoo dhiiffama gaafadhu
@danabbay1496
@danabbay1496 7 ай бұрын
rabbiin obsa siif haa kennu baay'ee nama gaddisiisa yaa allaah
@Cell123-tp1nl
@Cell123-tp1nl Ай бұрын
Ayi ajaiba dhugaa dha 💯👌
@anioromodhaaniarsidhabiyaa8839
@anioromodhaaniarsidhabiyaa8839 3 жыл бұрын
yarabbii yaaAllaahaa bayee ulafataa Subbaahanllaaha Oboleti koo Rabbii Obasa Sabari sihaakenu waani Godhan hinjiruu Obasi Gaara kee hidhadhu Rabbii iratti irakkadhu Rabbi sihingatuu Fayaa sikken Dalagat aragattaa 😢😢😭😭 jabbadhu Qaalinamaa
@nuredinmukter3152
@nuredinmukter3152 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuufffffff yaa raabbii
@nuredinmukter3152
@nuredinmukter3152 3 жыл бұрын
Waani gara naama nyaatu
@asmaahmed3284
@asmaahmed3284 2 жыл бұрын
Wollahii seena bayee garaa Nama nyattudhaa Yaa Allah Rabbii obsaa siif haa keenu 😭😭😭😭
@abebaberhanu9640
@abebaberhanu9640 3 жыл бұрын
Uuuuff 😭😭😭😭wayoo malumaa issiin gonee lataa maloo warri dhira kun dhugaa waqyo Ani yeroon ta'ee ilaluu Kan akka dhira Oromoo namati garaa jabatuu jira jedhe hin yaduu. Yeroon akkas jedhuu imoo hunda miti dhifama Ani dhifama naaf godha malee 2mta karaa ijolleen Oromoo bahanin hin bahuu dhugaa
@Mubarak..Sanyii..Jaal..Marroo
@Mubarak..Sanyii..Jaal..Marroo 6 ай бұрын
Dhugaa Seenaa Hedduu Tokko Garaa Nama nyatuu Ayii yaa ilmaa Nama😭😭😭
@seenaakoo3034
@seenaakoo3034 3 жыл бұрын
Uuuuuuufff 😭😭😭😭😭😭 dhiraa Akkana Raabiin dhaba isin haa godhu oromo keessaa
@user-zf9fi7dd9e
@user-zf9fi7dd9e Ай бұрын
Rabiin fayyaa sii kenee obsaa kankee sii haa kenuu jaladhuu
@stargallery2283
@stargallery2283 6 ай бұрын
Dhugumati ati jabdu intalati amas obsi galiti ijolle ke gudifadhu rabii ke galatefadhu ka faya si kena qormata kana hunda kesa si dabarse 😢😢😢😢😢😢 amshir❤
@AlAl-eu2gg
@AlAl-eu2gg 2 ай бұрын
Wayoo yaa obboletii koo obsii hadaraa maltuu nii darbaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂🎉🎉🎉
@adabaora256
@adabaora256 3 жыл бұрын
Uuuuuuffffii wallah imimani qabachuu Dadhabee oboleti ko obsii Akuma gafa Duraa obseteti obsii ama achii homa godhinfii baqaa jiruu kee foyeesii malee isa dhisii jza is rabii kafala yaa oboleeti tiiyaa obsii😭😭😭😭😭😭😭🤲rabni obsaa sii haa kenuu inshaallah homa miti Anuu wagam dhera jira obsaii yaa lubuu tiyaa😭😭😭😭😭😭
@saboontutube881
@saboontutube881 3 жыл бұрын
Kamso Maati naaf tahi haadho koo
@makiyaaintalaasikkoomaddoo5544
@makiyaaintalaasikkoomaddoo5544 3 жыл бұрын
Uuuuuuuufffii Yaa rabbii nuu Lafisii 😭😭😭😭😭 Wollahi imiman qabachuu dadhabe Nama ta,e kani mundanoo qabane jiruu Abshrii lubbuu tiyyaa dhifamaa osoo gadhuu bate,e nati tollee mucaa kena
@caltuushawwarefw1167
@caltuushawwarefw1167 3 жыл бұрын
Malo namni akka kiyyaa ni jiraa waqaa koo uuuuuuufffffffffff yaa carra keenyaa malo warra dhirra balesanii kesani darii darbee qosadha mee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭 oboltii koo obsii bayyee nama gadisisa 😭😭😭😭😭😭
@Shamaiyaa
@Shamaiyaa Ай бұрын
Ani Wani jedhu na dhibe rabbi obsaa sii haa kennu
@fayisedadi7322
@fayisedadi7322 3 ай бұрын
Uuffeeyyii waqayyoo obsa sifi haa kenu hadhoo koo hayi🥺🥺😭😭❤❤❤❤❤❤❤
@ortoodoksinjirraatadhabara7413
@ortoodoksinjirraatadhabara7413 3 жыл бұрын
Jireenya mataakee jiraadhu osoo dhufe dhifaama jedheyu dhifaama hin godhifin. Sababnisayu boris sanumadha likiskisin lakaskasachama hafti. Ati sichi jireenya gaari yaadi
@kiyyaa3821
@kiyyaa3821 2 жыл бұрын
Maatii naaf ta'ii sanyii🌹
@geletaregasa9521
@geletaregasa9521 2 жыл бұрын
Maali jedhee obsa kee akkan ibsu hin beeku,dhuguma rabbii Ati nama addaatii,Rabbi ammallee obsa siif yaa laatu,waa'ee Hiriyaa kee si ganee takkaa hin yaadin,fayyaa kee fi mucaa kee qofa kadhadhu,qabeenya godhachuuf yeroo sitti hin fudhatu,garuu Achitti qorumsawwan yaraan akka si'i hin muuddanne,qofa of eegi,maatii keellee irraa hin fagaatinin,siin jedhe,obsaa fi bekaaf karaa guddina gababoodhaa kanaf Rabbi yoo nyaachise,yaa nyaatu,ati Fayyaa kee qofa uummaa kee kadhadhuu,barachuu dhiisuun kees si hin gabbisisinii,dalagaa dhuunfaa kan caalu hin jiruu.Bye nagaa siif yaa ta'u,Haadhoo koo.
@Duri-tc5kc
@Duri-tc5kc 11 ай бұрын
Seenan kee bayyee nama gaddisisaa garuu jabaadhu abshirii abdii Rabbii abdii hin murinni
@muludebela5305
@muludebela5305 3 жыл бұрын
Obsii jaabadhu waaqayyoo dafqa kee gooftaa siinf debisaa jaabadhu 💕💕💕💕💕💕💕💕💕
@iftuuorom5917
@iftuuorom5917 3 жыл бұрын
Uuuufii yaa caaraa dubartii😭😭😭 Sist raabbii jireenyaa borii wajin haa yaa tauu🙏
@hussentubee9582
@hussentubee9582 3 жыл бұрын
Rabbin hafte jiruu keti ifa fi gammachu siif ha godhu miidhama ke hayyun furu dandahu rabbi male yaa rabbi jirenya eshe gammachu godhee hafte eshe😭😭😭😭
@saboontutube881
@saboontutube881 3 жыл бұрын
Hussen maati naaf tahi obbolesa koo
@ELSAGADOTUBE
@ELSAGADOTUBE 3 жыл бұрын
Sanyi koo mati naf ta.ime
@BonaDanboba-ln8mm
@BonaDanboba-ln8mm Ай бұрын
Jabbaadhu isumatu harka keetit kufuufi jira.
@SafiHusen-yt4pm
@SafiHusen-yt4pm Ай бұрын
Bro seenaa jaalala qofa hin fidin ❤❤. Seenaa biros fidi
@hasnaa9786
@hasnaa9786 3 жыл бұрын
Obbolettiko obsi guyyaa 1 dhufee dhiifama si gaafata. Yeroo sana itti ararami. Otooni inbeekne galii qabeenyake arkaan gahadhu booda irraa adda bahi
@firdows8511
@firdows8511 3 жыл бұрын
Uuufff senaa dhageffaacha oluu kessaa kan akkaa kanaati nagadisisee hin jiruu😭😭 Habibit koo rabbii sif hadirmaatuu kan darbeef ofii hin dhiphisiin akkas waan du'eti dagaadhuu bira darbii rabbiin obsaa sif ha kennuuti Haqii kee har'aa ittin jiratu illee boruu fuula rabbii duraati sif debisuuf ta'a qanaani biyyaa duniyaa yeroo gababduu hummaa mitii rabbiin jireenya kee fuula dura sif haa barechuu atiis umurii kee biyyaa ormaati hin fixiinitti yeroo muraasa dalaagadhuu kan dalagaate ammoo ofuma biraati waliiti qabadhuu gafaa waan tokko naf bitaa jette murtesite matii keetti ergadhu rabbiin kan qabenya sijallatu miti kan dhugaan si jallatu sif habusuu
@wagayobalay3980
@wagayobalay3980 Жыл бұрын
Waqayoo haa faraduu yaa dubaartii!garaa laffumaan nuu ajesaa 😭😭😭😭😭😭
@Sofiman21
@Sofiman21 13 күн бұрын
Uuuuuufffff yaa gara lafin kenyaa😭😭😭😭😭😭😭
@rabiyam4231
@rabiyam4231 Жыл бұрын
Abshiir Ammaa bodaa jiirechaa dhuffa keeti Jabadhuu matii keeti bilbilf ijoollee keeti Guddifadhu Duruuma osoo si jalataa Tee Oboleeti kee Qakko Iran hin gayuu turee dhisii jiirenya dhuffa keeti Jiiradh qalii to seenan kee bayee nama gadjsisaa uuuuuuuuufff😭💔
@seemborak6238
@seemborak6238 3 жыл бұрын
Uuuuuuuufffiii hedduu nama gaddisaa seenaa kee hadhoo koo wayyooo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢
@qananileb5592
@qananileb5592 3 жыл бұрын
Uuuuuuf baay'ee nama dhukkubsaa 😭😭jechaa nama dhorkaa waaqni furduraa kee garumaa siif haa tasisuu 🙏😢obsaaf jabiinaa qabaadhu kan darbee darbee jiraa
@saboontutube881
@saboontutube881 3 жыл бұрын
Qanani maati naaf tahi lubbu
@Rcjdnytq
@Rcjdnytq 7 ай бұрын
Isaa san dhissii yoo debiyee dhifamaa sii gafates itti hin debiyii 😢 garuu mallaqaa kee barabadadhu rabbiin irraa siif haa basuu
@TeenTeen-qw8rg
@TeenTeen-qw8rg 21 күн бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuffffffffffffff senaa bayee garaa namaa nyatuu wolaa 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@lalinom7443
@lalinom7443 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuu hudaa ndeetu kooo rabbii obisaa siihakenu matatu namadhuba galii hajaa rabbiitu basa sis tiya galiti isumaa qama seeratinii soqii hadha tiya bayee nama dhubisa galiigalii
@zedoshewasalale5426
@zedoshewasalale5426 3 жыл бұрын
Uuuuuu yaa Rabbi osoon dhageefadhuu imimmaan koo narra yaa'e Dhugaa rabbii 😭😭😭😭😭😭 Wayyooo Akkamittin dhiphadheee 😭😭😭😭
@shammaalshamsi5293
@shammaalshamsi5293 Жыл бұрын
Subahan Alha Yacara kenya walahi namadhiba Ati oma hintatu One dhuga qabda Rabi siwalin hajiratu
@buzetashome1311
@buzetashome1311 3 жыл бұрын
Wayo mataa tuu naa dhukube uuuuufffff yaa rabbi😭😭😭😭
@RataGirma-gx1gr
@RataGirma-gx1gr Ай бұрын
Ufff zeenaa baayyee nama gaddisiisudha addunyaa kanarratti namni akkanaa jiraa edaa omaa miti rabbi Jira baayyee wanna jedhu Nan wallaale kana
@hadisasulxii6564
@hadisasulxii6564 Жыл бұрын
Balleessaan ishe gaaf obboleetti ishe wajiin waan hin taane rawaatedha
@berhanebekele8621
@berhanebekele8621 3 жыл бұрын
uuuuuuuuufff wayyoo bayyee nama gadisisa senan kee wayyii gara jabenyaa dhirraa tokko tokko isaf jete waa meqa dabarsite gammachu dhabade 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@seemborak6238
@seemborak6238 3 жыл бұрын
Wayyyoooo mali Akkam garaa jabbaatain ilmaa nama ta.ee waanii amma kanaa gahuu uuuuuuuuuu Naa badee maloooooooo 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭baqaa waaqayyoo qofaa nagaa Sif haa kennuu hadhoo koo malee akkaumaa ta.ee iyyuu waaqayyoo si jiraachiisaa atti baqaa dhisii gallii maatiq keeti turee koo waaqayyoo maddaa garaa kee Sif haa fayyisuu uuuuuuuufffffffffiii😭😭😭😭😭❤️❤️❤️💝boruu guyyaa birraa fi waani ta.eefi isaa dabbuu yadduu dhisii amma irraa kasii jireenyaa isaa fullaa duraa yaddii si jedhaa jabbaadhuu
@wardawarda4399
@wardawarda4399 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭yaa rabbiii koo maloooo malii kunii bareduuu kooo obsiiii obbsiii furtuu jirenyatiii hadhooo koo😭😭😭😭😭😭☝️rabbiii jiraaa homaa mittiii
@saboontutube881
@saboontutube881 3 жыл бұрын
Warda maati naaf tahi lubbu
@nonaa383
@nonaa383 3 жыл бұрын
Ayiiiiiii Qalabii dhiraa kanumaa badee 😭😭😭😭Habitii Ashirii Ni darabaa 💖💖💖☝️💖💖💗💗
@maamanurjirraahudabaachama7155
@maamanurjirraahudabaachama7155 Жыл бұрын
Rabbin siif haalaaffiau Ani Akka yaada kiyyaatti deemi Gali bulti kee kaijaaratte keessatti abba feete woliin jiraadhu isa mana keeti baasi siin jedha
@aliasfour6010
@aliasfour6010 7 ай бұрын
Jajabinaan sif hawaa obboleti koo💔💔💔😭😭
@user-yx8nj4wy9o
@user-yx8nj4wy9o Жыл бұрын
Oboletii too senaan kee bayyee bayyee namaa gadisisaa amalee obsaa siif yaa kenuu dhumnii kee gammachuu tahuu hin dagantiin rabbii jiraa 😭😭😭😭😭😭
@WebiTesema
@WebiTesema Ай бұрын
Jabadhu.ojjedhu.ammaas.abdiin.jira
@elsaayesus8344
@elsaayesus8344 3 жыл бұрын
Yaa jireenya bu'aa bayii ishii😭😭😭😭
@Mry3434-mq1oo
@Mry3434-mq1oo 2 күн бұрын
Waqayyoon laphee isaa garaa ketii sifii haa debisiu obsii luubuu
@imaanshow9660
@imaanshow9660 3 жыл бұрын
Bayyee namati dhagahama garu kan dabre hunduu dabrera wan taa'ef ini kaalesa jirenyake buritif mana barumsa sif yaa taa'u jirenyake fulduraatif garuu jabatee nama xiqi taate ofiketif maatike maataa ol qabu qabda wantin siti himu garuu nama kana lamu laamata jirenyake kesaati debifte taanan an sin nama hin jedhu badii gurgudasa iraa darbitefijirtaa kana boda gahaadha maloo yabolotaako kan shamarani jajjaabee taa'a hin laafina wanti hundii maataa nucaabsuu hin qabuu.
@seemborak6238
@seemborak6238 3 жыл бұрын
Wel come gamee ❤️💝
@sifaanoromiyaa5925
@sifaanoromiyaa5925 2 жыл бұрын
Uuuuuuu Yaa rabiii Mali caramaa Mali umamneraa 😭😭😭homa miti rabii Naga sif haakenuu adunyaan kun nidarbitii guyaati hojiin kenyaa ilalamuu nidhufaa 🙏🙏kan hundaa kenyayuu rabii qofati of kenii dhisii😭😭
@darajeabdisa1069
@darajeabdisa1069 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭uuffff Maloo bay'een gadee dhugaa obsii homaa mitii jabaadhu
@sdsd338
@sdsd338 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuf oboletii tiyyaa Obsii Rabbiin ifajee tee lafaa hin balessiin 😭😭😭😭😭😭bay'ee namaa gadisisaa
@hawwiihawwii7363
@hawwiihawwii7363 3 жыл бұрын
Uuuuuuùuuuf seenaa bayyee nama gadisisuu Imimmanifuu dhagefachun dadhabee yaa hiyyumaa mal nama hin gonne😭 Yaa dhiraa kana akkam garaa jabata yaa rabii koo obboleti koo waaqayyoo jireenya haaraa sii haa jalqabsisuu Abshir abdii hin kutiin
@monetijalala6104
@monetijalala6104 3 жыл бұрын
Hawwii mati nafi taii sanyi ko qali 😍💞
@saboontutube881
@saboontutube881 3 жыл бұрын
Hawwii maati naaf tahi haadho koo
@hakeemvictorbekal9443
@hakeemvictorbekal9443 2 жыл бұрын
Uuuuuuuufffffffffi😭😭😭😭 yaaobsa qabti waayii ati dhugaa Rabbii dhuga kee siif haa baasuu seenaan kee heeduu gara nama nyataa😭😭 amalle obsii ni argata hundumaa
@Cell123-tp1nl
@Cell123-tp1nl Ай бұрын
Hadho kooo jabadhu hidariba ama esa jiritii
@sabontuushawa5999
@sabontuushawa5999 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuu fffffffffffffff gifatii koo amasii obasii jirenyaa haraa jirachudhafii yalii
@user-ms4hs4dz8j
@user-ms4hs4dz8j 10 күн бұрын
Abshiiri obboleeti tiyya hin yaadin waani hunduu ni darbaa waan taheef hundaa dagaate jireenya harawwa umaachu yaadin hara'a in baadus boruu itti badee sitti dhuufu isaa hin oluu
@kadijasod1362
@kadijasod1362 3 жыл бұрын
Amshir obolleti tiyya rabi sii fana ha jirtu 😭🙏
@raamuutube1575
@raamuutube1575 3 жыл бұрын
Subahana Allah 😭😭😭😭😭😢😢😢😢
@saboontutube881
@saboontutube881 3 жыл бұрын
Best maati naaf tahi sanyii koo qali
@birtukanbekele5555
@birtukanbekele5555 3 жыл бұрын
Dhirum buyya kenyaa Sarota Iddo katani hin bektan bakfatotaa sarota sin Holaawan Nafxanyan kanf maqaa Nuu basee gadhewan Oromoon Oromoo midhu malinii .Ati duraam balesitee galii mucaketi carra birra yalii .
@indiyazaakirhinboyain9807
@indiyazaakirhinboyain9807 3 жыл бұрын
Kanafuu Obasii walin jiradhuu
@misraatube6661
@misraatube6661 2 жыл бұрын
Anii kanan jedhuu oktii koo Abshiir wollahi atii hin miinee isatuu sii miidhee malee wollahi nama kana kan inni imimmaan dhiisee dhiigaa bohee of jibbee of tatiihahee bakka dhabuu argitaa obsaan ilalii eggadhu haqnii nama hin hafuu rabbiin birattii saniifuu atii maatii kee dhiifama gaafadhuu afii jechisiifadhuu kanatu sirraa eegama kan kanarraa hafeemmoo qabenyaammoo ni argattee rabbiin afiyaa guutuu sif kennee hadhas afiyaa kee sif ha eeguu ni hojjetatta abshiir baga ilmoo tokkoo qabattee malee suuta jedhii hojjetadhuu galii haqnii kees sif deebiiha guyyaa eegaa malee abshiir
@hayyatiwallagga9337
@hayyatiwallagga9337 3 жыл бұрын
Ayyi carra shamarani💔💔💔💔
@AzizaNaasir
@AzizaNaasir Ай бұрын
Dhifamaa godhiifi galii qabenyaaa kehee eraa fudhuu habibtii rabbin sibiraa hajirattuuu
@AlamAlam-ml5jw
@AlamAlam-ml5jw 3 жыл бұрын
Bagaa nagaa dhuftaa ijolee ormoo koo sin jaladhaa like naa godhaa anatuu duraa argee ormoo koo sin jaladhaa yommiyuu 🌹🌹❤❤❤❤💝💝💝
@Mirf-no2po
@Mirf-no2po 28 күн бұрын
Habibtii guyyan dhuga tokko ni dhufaa egii
@miskallelove6867
@miskallelove6867 2 жыл бұрын
Waqayyoo obsa sif haa kennu kan darbee ilaltee abdii hin kutiin jireenya Kee gara fulduratii jabadhu
@zeytunaaabdoo7879
@zeytunaaabdoo7879 3 жыл бұрын
As wr wb akkami jirtuu hordofatin oromia 24 ngh keessani woroni salamata qabuu hin dandenesi ashamaa harakaa funee jechaa an akkaa yadda koti ilmaa nama kana amanuni bayee tokko ulftaa hundumatuu qodaa rabbiti waani te.fi ati wani siraa gayee hundumayuu dagadhuti jabadhuu kayofi karoraa kee itti fufi nama kaminuu calaa kani wayee namichaa sanaa bekuu si qofaa waani tefi ati itti yaddi itti lalai samuu keetin sirti mar.au ani akkaa yadda kiyati wanti sin jedhuu yoo jirtee obboleti tiyya qali akkaa lubbu koti si jaaladhuu durayuu gudhamaa obsitee haradhaa getee waani tefi ilmoo kee sani yachisuu irralee mee harkaa tokko qofafi jarasaumani ergamaa arari jiduu keessani lamaniti oddo bu.ee wolitti araramtani rabbin woliti issin debisee jedhee ani maalifi yoo jetee refaa firaa torabaa gargalchani jetee oromoni yeroo mamakatuu kanuma yaani kiyyaa wonati dogongoree yoo jirtee dhifamaa naa hofolchaa issin jedhaa hordoftani oromia 24 as wr wb bayee si jaaladha tiruu koo yaa onne too obsaa qabeti tenaai jalatamtuu fi kabajamatuu A tenaa ❤️💚❤️❤️❤️ bayee s jaalana hin yaddin nuu jalaa abashiri dhigaa koo
@zeytunaaabdoo7879
@zeytunaaabdoo7879 3 жыл бұрын
❤️💚❤️💚💚
@lalisaa1328
@lalisaa1328 Жыл бұрын
Yaarabbii nama nama ganu naan godhiin 😥😥😥😥😥😥😥
@metrophonemetrophone4008
@metrophonemetrophone4008 Жыл бұрын
Uuuuuuuuuufi wan nama gaddisisudha bayyye
@AbdiiShawaa
@AbdiiShawaa 6 ай бұрын
Ayii Nama Bayyee Nama Gadisiisa
@sabotuuarsiishashee3043
@sabotuuarsiishashee3043 2 жыл бұрын
Amshirii homaa mitii rabii qofaa kadhuu amalee hin jijiramtaa birii homaa mitii senaa akanaa namaa bayee mudanuu qabaa ufii Qusadhuu amaa bodaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭☝☝☝☝☝🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
@huaweiy9s808
@huaweiy9s808 3 жыл бұрын
Ati,durumaa,namani,obooleeti,kee,wajiin,cissee,amantee,,amasaa,dhisuu,qabadaa
@biratugetu7848
@biratugetu7848 Жыл бұрын
Waaqayyoo sii haa gargaruu. Ani kanaa caalaa waanan siin jdhu hin qabu.
@FhhggDghhgf
@FhhggDghhgf 7 ай бұрын
Dhiri dhugaa rabbi ganatu dha yaa alha abshir si rabbin Wan guda baka si bussa obboleti tiyya sena nama bochisu wolha
@tsehytsehy4824
@tsehytsehy4824 3 жыл бұрын
Safuu yaa rabbii ko maaluma argina bara kana dhiisi abo namni kun jireenya keetiif nama sif tahu miti carra waaqayyoon sif qaba
@hawitiko2205
@hawitiko2205 2 жыл бұрын
Hadhoko kalesi daribera borusi guyya biraati har'aa jirachu fi yyali! 💔💋
@aswaraswar7257
@aswaraswar7257 2 жыл бұрын
Uuuffffff 😭😭😭😭😭 Garaatuu naa gubbatee dhugaa Rabbii
@fatematub6721
@fatematub6721 3 жыл бұрын
Uuufffeee 😭😭😭😭😭 oboleetii koo osoo jiruun kuun kan koo ta'ee wagaa lamaaf ittii fufeen dalagaa sanii bodaa garaa biyyaa koo galleen karaa serraan qabenyaa koo barbadadhaa uuuuuufffffffeeee anii wantaan sii gorsuyuu nan dhabee rabbiin sif haa malluu
@saboontutube881
@saboontutube881 3 жыл бұрын
Fati maati naaf tahi sanyii koo qali
@sabontushawaasabontushawaa2715
@sabontushawaasabontushawaa2715 3 жыл бұрын
Baga nagan dhufte 😍😍😍🥰🥰🥰
@tawetube3279
@tawetube3279 3 жыл бұрын
Maatii nataa ii.lubuko oromoko
@MartaFayisa
@MartaFayisa Ай бұрын
Omg 😢😢 isa jalqabaa dhifama gochuu keettuu bade maal kun warrabesii kanaf baraa jireenya kee iyyuu dhifama hin godhiin dhala qabda mittii ijjoollee kee wajjin jiraadhuu
@beshobabesa4613
@beshobabesa4613 Жыл бұрын
Safuu ya dhiraaa baraa kanaa maloo pls ka.umsaa kechaan bekaa guyyan tokko fulla waqaa dhabachuun him oluu
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 1
41:10
Yegna
Рет қаралды 345 М.
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 5, Kutaa 15
31:52
Yegna
Рет қаралды 11 М.
КАК ДУМАЕТЕ КТО ВЫЙГРАЕТ😂
00:29
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 9 МЛН
Alex hid in the closet #shorts
00:14
Mihdens
Рет қаралды 12 МЛН
WHAT’S THAT?
00:27
Natan por Aí
Рет қаралды 13 МЛН
''Osoo hin beekiin jaalalaan qabame''-Weellistuu Hangaatuu Ahmad
21:46
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 171 М.
Qophii Yeroo Jaalalaa
25:08
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 148 М.
Yeroo Jaalalaa
23:17
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 19 М.
ዮአዳን (ክፍል 16)
38:07
ለዛ
Рет қаралды 145 М.
Seenaa Dubartoonni Hunduu Dhaggeeffachu Qaban
22:49
Oromia 24
Рет қаралды 70 М.
turtii Taatota Diraamaa  Kiyyoo   waliin taasifame.
32:11
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 179 М.
Yeroo Jaalalaa
25:12
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 48 М.
ToRung short film: the robber pretended to be a statue😬
0:30
Это ежегодное настроение 😉 #tiktok #юмор #жиза #funny
0:10
Ангелина и Тая
Рет қаралды 4,8 МЛН
Она была безумно рада от увиденного 🤯
0:29
Фильмы I Сериалы
Рет қаралды 1,5 МЛН