Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 2

  Рет қаралды 252,211

Yegna

Yegna

4 жыл бұрын

Suuta dardarummaatti kan seene Hayleen bara kana ‘nama/dhiira’ ta’uuf hedduu muddameera. Yaata’u malee yeroo Daawwit dhoksaan Tsaggaa irratti olola adeemsisaa jiiraachuu issa dhagahu doorsisa Tsaggaa irraa dhaabsisuuf kuttannoon dura dhabbachuuf murteeffatee jira. Tsaggaan mata-duree ololaa ta’uun ishee yaddoo jabaa keessa galteetti. Kana irraa waan ka’een mataa ishee ceeppa’uutt eegaltee jirti. Yaaliin Alami fi Fiqir baandii eegaluuf godhan rakkoo hedduutu mudatee jira.
Subscribe: bit.ly/2wPney7
Connect with Yegna
Facebook: / yegna
Instagram: / yegna_official
Listen to the entire Yegna MUSIC: bit.ly/2gyZ4Sw
Listen to the entire Yegna DRAMA: bit.ly/2xB8Hph
Yegna is a multi-product brand rooted in Ethiopian culture and established to inspire positive changes for girls. The brand - and the media products that sit within it - challenge the way people think about girls and the way girls think of themselves.
የኛ የኢትዮጵያ ባህል ላይ መሰረት ያደረገ የሙዚቃ፣ የድራማ እና የቶክ ሾው ፕሮግራም ሲሆን ማህበረሰቡ ስለ ሴት ልጆች ያላቸውን እንዲሁም ሴት ልጆች ስለ እራሳቸው ያላቸውን አስተሳሰብ እንዲፈትሹ የሚያደርግ ሚዲያ ነው
አዲስ ቪዲዮዎቻችንን ለማግኘት ሰብስክራይብ አድርጉ: bit.ly/2wPney7
ተጨማሪ ክፍሎችን ያዳምጡ: bit.ly/2xB8Hph
የየኛን ሙዚቃ ያዳምጡ: bit.ly/2gyZ4Sw
ከ Yegna ጋር ይገናኙ:
Facebook: / yegna
እንኳን ወደ የኛ ዩ ቱዩብ ገፃችን እንካን ደህና መጣችሁ!
የ’የኛ’ ቤተሰብን ለመቀላቀል ገፃችንን ሰብስክራይብ በማድረግ በየጊዜው ስለሚወጡ እና ከዚህም በፊት በነበሩን ሙዚቃዎችን፣ የቲቪ እና የሬዲዮ ፕሮግራሞችን ላይ አዲስ መረጃ ማግኘት ትችላላችሁ፡፡
እኛም በፕሮግራማችን ላይ ያላችሁን አስተያየት ከእናንተ መስማት እንፈልጋለን፡፡
ገፃችን ሁላችንም እኩል የምንሳተፍበት እና መልካም የሆኑ ሃሳቦችን የምናንሸራሸርበት ሆኖ እንዲቀጥል እነዚህን ቀላል መመሪያዎች እንከተል
• ስለየኛ ያላችሁን ሃሳብ ሳትቆጥቡ ሁሌም ቢሆን አካፍሉን፤
• ይህ መድረክ ሁላችንም በነፃነት የምንወያይበት እንዲሆን የምንፅፋቸው ነገሮች የሌሎችን ሃሳብ የሚያከብር መሆኑን አረጋግጡ፤
• በገፃችን ላይ የምታቀርቡትን ሃሳብ ወይም አስተያየት በደስታ እናስተናግዳለን! ነገር ግን ገፃችን ገንቢ ነገሮችን የምናገኝበት ሆኖ እንዲቀጥል ሰዎችን የሚያጥላላ፣ ጥቃትን የሚሰነዝር ወይም የስድብ ይዘት ያላቸውን አስተያየቶች በፍጥነት እናወርዳለን፤
• ልብ በሉ! ሃሳባችሁን በምታካፍሉበት ጊዜ ለብዙ ሰዎች የሚደርስ በመሆኑ ማንነታችሁን እና የግል መረጃዎቻችሁን የማይገልፅ መሆኑን አረጋግጡ፤
• የገፃችን ዋነኛው እሴት መከባበር ነውና በተሳትፏችሁ ሁሉ መከባበርን መሰረት ባደረገ መልኩ ይሁን፤
• ለሌሎች መልስ ከመስጠታችሁ በፊት የመልሳችሁ ይዘት የሌሎችን ስሜት የማይጎዳ ወይም በምንም አይነት ሁኔታ ስጋት ላይ የማይጥል መሆኑን አረጋግጡ፤
• በ’የኛ’ ማህበራዊ ገፅ ላይ የየኛ ያልሆኑ የምርት ወይም የአገልግሎት ማስታወቂያዎችን አንደግፍም፤ በሚገኙበትም ጊዜ በፍጥነት እናወርዳለን፡፡
የ’የኛ’ ዩ ቱዩብ ገፅ ሁላችንም በነፃነት የምንወያይበት የማህበራዊ ድህረገፅ ለማድረግ እንዚህን መርሆች የሚጥሱ ነገሮቸ ካሉ ወዲያውኑ እናወርዳቸዋለን! እናንተም ከየኛ ጋር ስለሆናችሁ በቅድሚያ ልናመሰግናችሁ እንወዳለን፡፡
YEGNA IS FOR ALL OF US!!
Dear viewers,
We are excited to hear what you think about 'Yegna.' We want this to be a welcoming space for you , so feel free to express yourself. For this space to remain welcoming and open to all we need your help to keep it that way. This is your community. Feel free to speak up and tell us what you think or report anything wrong or inappropriate you see on this platform. You can write a comment or email us at ethiopia@girleffect.org or join us on our Yegna Facebook Page.
We can all keep 'Yegna' youtube page positive in the following ways:
- Help defend others. If you feel that users are being treated badly or others are being mean spirited. Report harassment and bullying of others. This is the best way to show that bad behavior will not be tolerated so offenders can be banned.
- Respect others by not using bad, rude or offensive language. Sexually explicit, obscene or offensive language is not allowed and spam and advertising will be removed immediately.
Keep yourself safe. Do not give out your personal information. Never tell people:
- your real name (make up a nickname)
- your age,
- your address,
- the name of your school,
- your email address or phone number, or
- any financial information or passwords.
Avoid meeting up with people you meet online. but if you do meet up make sure that you have an adult or your parent or guardian with you. If you are under 18 years old please make sure to get permission from your parent or guardian to visit 'Yegna' KZfaq so you can visit under an adult’s supervision.
#Yegna

Пікірлер: 379
@oromokush4393
@oromokush4393 4 жыл бұрын
hayile fi Hannah namatti tolu anille obbolessa akkasi qaba ture garu an awuropaa jira yaadeni jirame rabbi nagahan sihaagalchu naan jedha like nagodhaa
@emanumer4738
@emanumer4738 4 жыл бұрын
Rabbii ngyn si ha garchuu
@okonmiracle3675
@okonmiracle3675 4 жыл бұрын
Raabii nagaadhaan sii galchuu .
@okonmiracle3675
@okonmiracle3675 4 жыл бұрын
Raabii nagaadhaan sii haagalchuu.
@imaanmutarii7353
@imaanmutarii7353 4 жыл бұрын
Rabiin nagaya sifii hagalichuu inshallah sanyii kooo
@diribedamana5036
@diribedamana5036 4 жыл бұрын
Nagaan galii sanyiikoo
@astuusifamayuuabdinjirawaq257
@astuusifamayuuabdinjirawaq257 4 жыл бұрын
Haliyefii ananii bayee nama marartuu hudii kesanuu jabadhaa halamii bayee sister koo natii fakaatee anii sister koo bayeenii yade jira nagadhani walii sin hargisisuu warii jetaniti liki naf xuqa mee
@somaya0568
@somaya0568 4 жыл бұрын
Galatomaa bayyee sin jalaadhaa hunndaa kesanuu namatii toltuu wwww mee warii jalaataninii likii godhaa mee
@sumayaaorotube7597
@sumayaaorotube7597 4 жыл бұрын
Afani oromti dabarsuu keessanif heduu galatomaa 🙏😍😍
@user-dc4no5pk8r
@user-dc4no5pk8r 4 жыл бұрын
ዋው በተለያየ ቋንቋ መቅረቡ በጣም ደስ ይላል ወደ ምዕራፍ 3 ቶሎ ተመለሱ
@elshadayyesuussooretube2702
@elshadayyesuussooretube2702 4 жыл бұрын
Namooni akkakoo alam jaalatan like naafgodha
@hudayoutube3054
@hudayoutube3054 4 жыл бұрын
Yaa allhaa akkamiiti namatti tolaa yaa lammii koo nuuf jiradha
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii
@asiyasaboontu7216
@asiyasaboontu7216 4 жыл бұрын
Warii akka koo Tsagaa jalaatani Like godhaa mee anaa bayee natii toltii
@gadisezewadu7506
@gadisezewadu7506 Жыл бұрын
❤❤❤❤
@haadhaseenaa2670
@haadhaseenaa2670 4 жыл бұрын
Wowwww afaan Oromootin dabarsuu keessanif baayyee galatoomaa anis irra deebi'een ilaalaa jira hunda keessan sin jaaladha
@nejutube215
@nejutube215 4 жыл бұрын
Dhugaa Ani amaariffaan ilaalee ture garuu yommuu afaan dhaloota kootitiin dhufu hedduu natti tole
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo qalii
@ayantufekadu1122
@ayantufekadu1122 4 жыл бұрын
garuu akka itti alam natti toltumee.....😘😘😘😘😘
@hanyaggaro4886
@hanyaggaro4886 4 жыл бұрын
Ijoollee jimmaako jabaadha amariffan isin hordofan ture afaanko afaan sabaguddafi aadafii duudha Oromo beekun nugaara adaan ba.yenamagammachisi jabaadha ijolle biyyako😍😘😘😘😘
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo
@fanitube3414
@fanitube3414 2 жыл бұрын
Wow bayyee galtomaa dura afaani amarifan horidofaa ture ammaa garu afaani kotin nu dabarsu kessaan galatoma afaani huddaan hojadha jalali balacha demaa
@SaraSara-ot4zt
@SaraSara-ot4zt 4 жыл бұрын
በጣም ደስ ይላል በርቱ እወዳቿለው Bayee Gari dba jabadh isin jaladha
@alqhsbsuhdd8184
@alqhsbsuhdd8184 4 жыл бұрын
Welcome to kenyaa 😍😍😍😍😍👌👌👌👌jabadhaa iti fufi bayee namti toltuu ❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏
@zedlovetube4011
@zedlovetube4011 4 жыл бұрын
Jabaadha akkasiti afaan hundaan diraama fi filmin hundii osoo darbee jaalala fi kabaja guddatu biyyaa teenna keessati argama
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii
@sarayeeshawalijjalquaa5005
@sarayeeshawalijjalquaa5005 4 жыл бұрын
Woww bayye namati tola jabadha itti fufa
@obseeobsaan4891
@obseeobsaan4891 4 жыл бұрын
Wow baay'ee galatooma ani afaan amariffaatin isin hordoofatin ture amma afaan kootin naaf hojjatu keessanif baay'ee isin galateefadha
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko
@nayatiawel7154
@nayatiawel7154 4 жыл бұрын
bayee garidha barumasa offii keessa qabaa akaasuma seena keessa darbaan akaasuma ilmaan offii akaamiti akaa barasisan nama barasisa afaan amarifaatin lalee xumure jiraa bayee jaladhe ittii fufaa jabadhaa kessatu wanati hanaani hojatu hundi seena kiyaa keessati yadadha 🥰👌👏
@Oromo-Refugeess
@Oromo-Refugeess 4 жыл бұрын
Subscribe naf godhii aniis sifan godha
@s.shashe2063
@s.shashe2063 4 жыл бұрын
Owowo galtomi baay’ee afaan oromoti jijiruu keetif ❤️❤️🥰
@rosagirma53
@rosagirma53 4 жыл бұрын
Wawwww bayyee namti toltuu jabadhaa!!!!!!!!!!!
@shawudame1300
@shawudame1300 4 жыл бұрын
Wwwwww baga nagahan nuuf dhufutani jabadhaa isini jaladhana ❤️❤️❤️👍👍👍
@Birqee-ox3yc
@Birqee-ox3yc Ай бұрын
Wow bay'ee bareeda❤❤❤❤❤❤❤
@sadiyahusen
@sadiyahusen Жыл бұрын
Afan oromotin dabarsuu kesaniif Bayee galtomaa diramanii kesanii Bayee namatii tolaa jabadhaa
@mesiifkr1580
@mesiifkr1580 4 жыл бұрын
Wowwww bayyee Namati tolaa Jabadha💟💟💟💟💟👈
@anunegniyebetasabochetenaf1057
@anunegniyebetasabochetenaf1057 4 жыл бұрын
Uuuffff akka lubbuu koon isin jaaladham dammaawwaan too ❤🇪🇹
@aminaamina6942
@aminaamina6942 4 жыл бұрын
Uuuuuufiiii senna koo naa Yaddachise jira kesatu ijileni baddiya sunni nufi jiradha
@hawiiabdiyoutube9556
@hawiiabdiyoutube9556 4 жыл бұрын
Dhugaa namaati tolaa kaa 💖💖😍😍😍💕💕💕❤️❤️❤️👍👍
@monakk2219
@monakk2219 4 жыл бұрын
Wow bayye gaaridha jaabadha👍
@abdiabdi7026
@abdiabdi7026 4 жыл бұрын
Woooow bayyee namati tolaa jabadhaa qomoo koo..❤❤❤❤❤❤💓💓💓💓💓💓💓
@honeylove8311
@honeylove8311 4 жыл бұрын
Tsga bayee Bayer ciimtuudhaa jechota namotaa dandesee jabadhuu. Haile gorsaa barsisaa ketii fudhachuu ketiifii Bayer dansa'aa jabadhaa
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii
@mesiiprss2173
@mesiiprss2173 4 жыл бұрын
Wow bayyee namatti tola jabaadhaa
@fayoayman892
@fayoayman892 4 жыл бұрын
I love you senna hundaa kenyaa bayye isin jalanaa itii nuf fufaa boqonnaa 3ffaa jalalaf kabajan isin ennaa isin jaladhaa
@hawihawi8698
@hawihawi8698 4 жыл бұрын
Haylee garuu alam baye jalata miti kkkkk Bayee dansa isaa afan oromifan silaa dabarsitanif galatoma
@zainabdula2748
@zainabdula2748 4 жыл бұрын
1
@samirawitkababaa7461
@samirawitkababaa7461 4 жыл бұрын
Bay'ee gariidhaa jabadhaa❤❤❤
@ashaakadir2832
@ashaakadir2832 4 жыл бұрын
baayee namati tolaa yenyaa jalanaa 😍😍😍😍😍
@marieemariee1196
@marieemariee1196 4 жыл бұрын
baye bayee midhagaa jebadhaa esinijalanaaaaaaaaa❤❤❤❤❤❤❤
@halemayassen7211
@halemayassen7211 4 жыл бұрын
Iti fufaa sagataan kesaan kun bayee namaa gamaachisaa😘😘❤❤❤👌👌👌👌
@arifeshekayadano5060
@arifeshekayadano5060 Жыл бұрын
Jabaadha ijoolle Keenya baayye namatti toltu
@user-gk5im8ii6o
@user-gk5im8ii6o 4 жыл бұрын
Woowow heddu nama gamachisaa barumsaa guddaa qaba waan ta.ef afaan hundati jijiruu keessanif baay.een isin jalaadha
@faxumaabdallaheddoo2833
@faxumaabdallaheddoo2833 4 жыл бұрын
Wowow anni affan amarifaa isin hordofaa turee affan oromo kotin nu dhiyesu keessaan Galatomaa Galatomaa baay'een isini jaladha
@user-un4qt8nm5e
@user-un4qt8nm5e 4 жыл бұрын
ጥሩ ነው በሁሉም ቋንቋ መሆኑ
@Tube-wr3zh
@Tube-wr3zh 4 жыл бұрын
wow bayyee namati tolaa !! jabadhaa
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Matii nafii tatii maloo sanyii koo
@burqaajaalalaa5057
@burqaajaalalaa5057 4 жыл бұрын
Wayyoo wan bayye nu yadechiftee diraman tunii
@fatiyajimma1941
@fatiyajimma1941 4 жыл бұрын
Wooooow senna bayye namati toludhaa dhuga ❤❤❤❤🤙🤙🤙🤙
@tegestilove5021
@tegestilove5021 3 жыл бұрын
Woo baay'ee bareda dhugaa
@asiyasaboontu7216
@asiyasaboontu7216 4 жыл бұрын
Woww bagaa nagaan nuu dhuftaan
@xggdgagx8875
@xggdgagx8875 4 жыл бұрын
Wowww baay'ee namattii tolaa galatomaa!!
@mddula8498
@mddula8498 4 жыл бұрын
Maashaallaaah maashaallaaah wallaahii hedduu Namati tola haaluma kanaan ittii fufaa
@user-hc1uh1gy6f
@user-hc1uh1gy6f 9 ай бұрын
❤ kutaa 11 fidi mee
@deephalady4033
@deephalady4033 4 жыл бұрын
Wowww bayee namatii tolatu akanumatii ittii fufaa bayee sii jaladha
@khalidomustefa7812
@khalidomustefa7812 4 жыл бұрын
Is very nice itte fufa
@bekandebeleta2947
@bekandebeleta2947 4 жыл бұрын
Seenaa yeroo baratummaa keenyaa nu yaadachiisa ,ani kana arguukootti of ilaalee kiyya durii na yaadachiise , baayyeen gammade kanuma caalaa itti nuuf fufuu qaba . jabaadha maalo.
@dabaduguma8965
@dabaduguma8965 4 жыл бұрын
Uuuuuuuff dhugaa Afani oromoti jijiruu kesaanifi Galatomii
@wagayoalamu2750
@wagayoalamu2750 4 жыл бұрын
Waaaaaw bayyee baredaan namatii toltaan jaabadhaa
@tigistgamee2691
@tigistgamee2691 4 жыл бұрын
Wow ijjollee kana bayy,ee jalladhaa dhugaa Oromifas ni bekuu jechuu dha jabadhaa 👍👍😘😘
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Matii nafii tatii maloo sanyii ko
@marieemariee1196
@marieemariee1196 4 жыл бұрын
wawu bexaminewudesiyemilewu ❤❤❤❤❤👍👍👌
@dadutubi2104
@dadutubi2104 4 жыл бұрын
Wooow baay'ee namaati toltuu hundii kessaan hundaa isaa isiin hordufaan turee ammaas afaan kootin isiin hordofaa galatomaa
@user-kx9he3is6b
@user-kx9he3is6b 4 жыл бұрын
ደስ ስል bayyee namati tola oromifan jabadha
@hachalukooo631
@hachalukooo631 4 жыл бұрын
Wow galatooma namatti tolaa afaan Oromoon
@aantukamel7751
@aantukamel7751 4 жыл бұрын
Dirma bayye baredadha jabadha
@sifansifan6753
@sifansifan6753 4 жыл бұрын
Wwww bayye namati tola jabadhaa
@bchatube2986
@bchatube2986 4 жыл бұрын
Wow baay'eee namati tola nuu jiraadhaaaaaaaa
@sablemi5987
@sablemi5987 4 жыл бұрын
Namattii tola😍😍😍
@fadilaakadiirdiniiislaamaj2337
@fadilaakadiirdiniiislaamaj2337 4 жыл бұрын
Wow bayye baredaa afaan kanatti jijiruf
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko qalii
@seenatube8294
@seenatube8294 4 жыл бұрын
bayye namatti toltuu ❤💕❤💕
@hanafikadue.t3743
@hanafikadue.t3743 4 жыл бұрын
Wow
@chaltutub6650
@chaltutub6650 4 жыл бұрын
😍😍😍😍😍💞💞💞💞💞😘😘😘😘😘😘Galatomaaa jabadha baaye namati tola
@dammedammu7018
@dammedammu7018 4 жыл бұрын
Woooow namati tola jabadha
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo
@azinashube249
@azinashube249 4 жыл бұрын
Baay'ee bareeda jabaadhaa
@bireeyoutubebireyoutube1705
@bireeyoutubebireyoutube1705 4 жыл бұрын
Wowowowo well come Baga nagaan dhuftan nora jabadhaa bayyee namati tolaa ♥️♥️
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii qalii
@kiyyaawaqtola1782
@kiyyaawaqtola1782 4 жыл бұрын
Bareeda jabaadhaa
@feenettube1325
@feenettube1325 4 жыл бұрын
Jabadhaaa❤❤❤❤
@oneday2874
@oneday2874 4 жыл бұрын
ዋው ደስ ይላል ባይገባኝም መተርጎሙ በሚገባን ሲሆን ደስ ይላል በጣም
@fatumam6972
@fatumam6972 Жыл бұрын
Namati tolutu bayyee
@asetrkb521
@asetrkb521 4 жыл бұрын
Wow yemchachu
@muzami1560
@muzami1560 6 ай бұрын
Jajabadhaa ijolee oromoo
@haniyemaryamlij4861
@haniyemaryamlij4861 4 жыл бұрын
Waw bayee bareedaa jabadaa ❤
@qiditsqidits6979
@qiditsqidits6979 4 жыл бұрын
Wowowo♥️♥️♥️♥️♥️💔💔💔
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo
@arfasekumsaa82
@arfasekumsaa82 4 жыл бұрын
Baayee namati tolaa jabadhaa
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Matii nafii tatii maloo sanyii koo
@tsahaymilktsahaymilk3942
@tsahaymilktsahaymilk3942 4 жыл бұрын
Wwwwww baye toko namati toltu jajabadha
@yasini871
@yasini871 4 жыл бұрын
Bayee namati tola ♥️🌷💯✔
@warqeemiresaamireesa419
@warqeemiresaamireesa419 4 жыл бұрын
1 siridha galatoma jabadha
@sabotuumusilimaadxb8409
@sabotuumusilimaadxb8409 4 жыл бұрын
Bay'ee natii tolotaa jabadhaa itii fufaa kutaa 5 gadii nu dhisaa qarewan kenyaa
@nefisaaman2687
@nefisaaman2687 4 жыл бұрын
Wowowowo neduu namatii tolla
@yassenahmad2650
@yassenahmad2650 4 жыл бұрын
Bayee bayyessaa👍👍
@mahetabenalbetesem
@mahetabenalbetesem 4 жыл бұрын
Halli ittin qindeessitan bayyee namatti tola jabadhaa barsiisa sisaay maaf bade garu
@waletemariyam2420
@waletemariyam2420 4 жыл бұрын
Woww bayyee tokko midhaagdu hayyoota koo mirgaan galaa
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko
@hawaaimon3647
@hawaaimon3647 4 жыл бұрын
1 siiraadha 😍😍😍😍😍😍
@zubidazubida2176
@zubidazubida2176 4 жыл бұрын
Wwwooww namati tiltuu badaaa
@sabontushawa7316
@sabontushawa7316 4 жыл бұрын
Baay.ee nati tole yeroo dura afaan amarifa ture ta.us garu irra dadebiyee ilaala ture seena darbe fi kan keessa jiru naa yaadachiiseef galatoma inni bira afaan oromifati dabarsuu keessanif onne Koo keessa isiin jaladha jabadha yeroo hundaa akka nuf dabarsitan akkasuma kan caala akka itti fuftan abdii guttu qaba arsti kenya hunduu jabadha
@khk1086
@khk1086 4 жыл бұрын
Jabadhaa namati tolaaa wowowowow
@momenatim4762
@momenatim4762 3 жыл бұрын
Masala AfAorumo DuBASU DUMATUSAFUNEBTUBArEDA🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹👍👍👍👍👍
@masiikiyya166
@masiikiyya166 4 жыл бұрын
Wow baayee namatti tola ittii fufa
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii qalii
@zabeebazabeeba7172
@zabeebazabeeba7172 4 жыл бұрын
Bayyee baredadhaa galatomaa
@senaboja1385
@senaboja1385 4 жыл бұрын
Wow jabadha namatii tolaa
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii sanyii ko
@simbootaawidooetophy8305
@simbootaawidooetophy8305 4 жыл бұрын
Garaa afaanoo oroomotitii deebisuu keesaaniifii baayeenii itii gaamaadee
@wudegetachew6124
@wudegetachew6124 4 жыл бұрын
A1 sirdhaaa
@kenaawaqayoyube3343
@kenaawaqayoyube3343 4 жыл бұрын
Wow galatomaa oromoo dhani debitanii dhufukesanifii
@almazgabizza6450
@almazgabizza6450 4 жыл бұрын
Woowwwww Bayyee namatii toltuu 🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙🤙
@fatimazakrah
@fatimazakrah Жыл бұрын
bayye garidha
@ObsiiKayookoti-fz3uj
@ObsiiKayookoti-fz3uj 10 ай бұрын
Bayeenamatitolaajabadha.
@ayantuelemowaaqayyootiksee5933
@ayantuelemowaaqayyootiksee5933 4 жыл бұрын
Wowowo well come
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Kotuu matii nafii tatii maloo sanyii koo sakirabii nafii godhii
@alawiyamozamel4727
@alawiyamozamel4727 4 жыл бұрын
Guddaa gallatomaa yaanii keessani bayye garidha g
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 3
46:02
Yegna
Рет қаралды 193 М.
ዮአዳን (ክፍል 13)
35:22
ለዛ
Рет қаралды 154 М.
Alat Seru Penolong untuk Mimpi Indah Bayi!
00:31
Let's GLOW! Indonesian
Рет қаралды 14 МЛН
WHO DO I LOVE MOST?
00:22
dednahype
Рет қаралды 80 МЛН
RNH 814, July 10, 2023 Soora Qalbii
33:46
Nuuralhudaa
Рет қаралды 28 М.
#Maadoshan Qormaata irratti Taatte Ta'e Dawwadha#2024#
9:20
KURA ORO
Рет қаралды 2,5 М.
Oromo Dirama: Dawaa Tukhaanaa/Tukaanaa
29:23
Finfinnee Tube
Рет қаралды 144 М.
Miira Keenya (Mudde 24,2023) Finfinnee
13:37
Waliif TV
Рет қаралды 18 М.
የኛ - የሁላችንም ታሪክ ምእራፍ 2 (Yegna) |ክፍል 1
42:17
Seenaa dhugaa filmii Afaan oromo
1:17:59
oromia news tube
Рет қаралды 193 М.
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 1
41:10
Yegna
Рет қаралды 340 М.
тгк: Логово FRIENDS
0:23
АлексДан
Рет қаралды 12 МЛН
One Two Buckle My Shoes ! #spongebobexe #shorts
0:17
ANA Craft
Рет қаралды 8 МЛН
2 июля 2024 г.
0:42
Dragon Нургелды 🐉
Рет қаралды 1,6 МЛН
Funny cat woke up early 😂👻🥳
0:38
Ben Meryem
Рет қаралды 22 МЛН
Сначала скажи, а потом не мамкай 🗿 #shorts
0:16
Вика Андриенко
Рет қаралды 3,2 МЛН
小丑女太帅了 #小丑#shorts  #天使
0:46
好人小丑
Рет қаралды 7 МЛН