Shimallis Abdiisa wallaggati maal jedhe. Dr Abiyi warqee badhaafamu wallagga guutun bilxiginaa wa

  Рет қаралды 13,829

abdu mobilapp

abdu mobilapp

2 ай бұрын

Пікірлер: 89
@user-fs7ne9zu4l
@user-fs7ne9zu4l 2 ай бұрын
Nuuf jiradhuu abduu koo sillaa misomaa mittii osoo nagaan haa debi'uu jedhee warqii mitii wantaa warqii caaluu badhasuu turee,haa ta'uu hommaa mittii.jabadhuu attii qabsoo oromoo kessaatii akkaa lencattii ga'ee kee ba'aa jirtaa.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@SaadaTube-uw6xn
@SaadaTube-uw6xn 2 ай бұрын
Wallahii bar ummanni kabinen dirqisifame bayaa ajajan yoom jalatee bayya didee tanan nii ajefamaa kana hubachun dirqama!
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤❤❤Ministerrii Fayyaa Abdu Mobile Aswrwb Congratulation M/M DrAbiyyii Ahmed Dubbisi Galatoomaa Hawaasnii Wallggaaa Rakkoon keenyaa Waloo keenyaa!!!ykn Yaannis badirraattii nama miilaa kanaf Mootummaan hawaasa yaadachuun Ulfi garaatuu Ulfina Ulfina ijaarsa ida'amuun mandisni Hawaasaa gurriis Eegumsaa Rabbiin isin haatiksuu
@user-sd2qp7xo2b
@user-sd2qp7xo2b 2 ай бұрын
dhugaa rabbii waahee Abiyyiitirratti fahaamiin tiyyaafii tee takka Akkuma Ati jatte kanattiin fahame❤❤❤
@ifiyyfhuj1615
@ifiyyfhuj1615 2 ай бұрын
Wallagaa yeroo jedhaan biyyaa kabajaf jalala waan taeef duraas amma kabaja namaf qabuuf kenaa latee malee sodaa ykn dirqamaan mitii ofii qoxesuus dandau hommaa waan bektan hin jiruu warii komentii adabadha wallagaa may king saba sodaaf hin jelbefanee 💪💪💪💪💪💪💪❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-kr6hv2xc3s
@user-kr6hv2xc3s 2 ай бұрын
Sodaf yahanii mitii nama soba gada gubadha miti dirqamaa yastee
@AstersSon
@AstersSon 2 ай бұрын
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@SomoIya-qh7jz
@SomoIya-qh7jz 2 ай бұрын
Yooyaa gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💖💖💞💞❤️❤️💕💕👍💯☝️
@iqlimaamme6870
@iqlimaamme6870 2 ай бұрын
Subahanallah subahanallah jzk
@abdigobe2996
@abdigobe2996 2 ай бұрын
Motumma ati nama bira deegarta jedhe abba fii haadha afotti guyyaa adiin nama ajjeesu akkamiti ummani sirriti deegara jette dubbata
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 2 ай бұрын
Abiy jechuun sheexana 6 66 waan ta'a fi Gararraa dhaa kaan fu Gowwumaa dhiisa Translate to somali
@aishaaisha6968
@aishaaisha6968 2 ай бұрын
Ummani Abbaa fedhe deggaaru mirgaa qaba nut kan barbaanu nagaa ummataa Kenyaa fi biyyaa keenyaa argu qofa
@HabiibHasan-ps1pe
@HabiibHasan-ps1pe 2 ай бұрын
Yes❤❤❤❤❤❤
@abdulliitube8887
@abdulliitube8887 2 ай бұрын
Namni dirqisiifamee bahe Aadaa uffatee bahaa isin fedhiin keessa dhumaatii ummataa Akka itti fufu feetan. Dhugaa dubbachuuf yoo nageenyi bu'e waan KZfaq shaqqaltaniin hin jiru kana sanii dubbii nyaachaa ooltan. Daabaa nurraa oromoon oromoo qawween hin buusu Abadan
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 2 ай бұрын
As Wr Wb.An dhalattuu godina Jimmaati.dhugaa sittimuu Abduu.namni biyyaa hunduu Motummaa kana namni baasee mormuuf rakkootu isaqunnama waan ta'eef.kan deeggaru akkuma jirutti ta'eekan mormus maaligaa baafachutti rakkisaadha
@nagayotuulaa1816
@nagayotuulaa1816 2 ай бұрын
❤❤❤haasofni shimallis haasaya uf jaalachiisuuti malee. haasaya faarsee bulaati malee haasaya dhugaa irraa fagaate.❤
@LawofGod
@LawofGod 2 ай бұрын
Wollga is free from killer sheene ! Do not cry Sheen ! senfoch nachu
@sufeyasufeya873
@sufeyasufeya873 2 ай бұрын
Ani biyyii koo wallaggaa dhugaa waaqa rabbii isaan haa fixuu akkaam nama jibisisuu utuu innii fixaa jiruu
@Taggist-rx6wr
@Taggist-rx6wr 2 ай бұрын
Dhugaa jetee shanee dena oromotee
@jamalgalgalo8063
@jamalgalgalo8063 2 ай бұрын
jabaadhu
@sotkw3405
@sotkw3405 2 ай бұрын
Yaaboo.woggaa Dubbbbattu.shakkii.maleedubbadhu
@user-zr3to7wv1c
@user-zr3to7wv1c 2 ай бұрын
Uumanii dirqaman dhaqee kaadireetuu humnaan guuree
@user-zy9ue3ub8m
@user-zy9ue3ub8m 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-gf6qb1ki4e
@user-gf6qb1ki4e 2 ай бұрын
Dhugaa keetii Ummataa kenyya diriqidhan basni malee jalate,mitii
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l 2 ай бұрын
Ulifan ibdati dubarti gubani wariqii badhaaassani diQAA NAMICHAA
@BekanAlemayehu-bj8zq
@BekanAlemayehu-bj8zq 2 ай бұрын
Humnaan maatiikoo reebanii baasani wallaggi guutuun humnaan bahee harka reebaafii oole.
@abdusalamkoo269
@abdusalamkoo269 2 ай бұрын
Namni nagaa jibbu hin jiruu yoo sheyxana tahee malee Kan darbee darbee obsan yoo obsine nagaa dhufee Mal tahaa . Ummani jallallanis haa bahuu dirqamanis haa bahu nageenya barbaanaa
@user-ex7oo6lx4x
@user-ex7oo6lx4x 2 ай бұрын
ABo woB 💪💪💪💪
@user-ez5ig4zo2o
@user-ez5ig4zo2o 2 ай бұрын
WALLAGA KOOOOOO❤❤❤❤❤❤
@abdigobe2996
@abdigobe2996 2 ай бұрын
Abdu kijiba dhiisi mootumman kun deggarsa woyiitu hin qabu yero hunda hiriira dirqi yoo hafte ilaalcha shane qabda waan jedhanif Ummanni sodaate baha gariin faayida irrati hundaayetti male ummani mootumma akka kana jibbu arge hin beeku ani dhuga jirtu kana atu liqmsi
@user-ct6hd1ct5x
@user-ct6hd1ct5x 2 ай бұрын
Ummata fixuuf dema abiyyiin Wan Amman duraa hayadanu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤❤akka yeroo wal'ansaa fi Eegumsaa hin argituu/arginuu!!❤❤ Yaannii ifaa badirtaatti maalif nama Soba?! Moo naatti fakkaatee? Na gargaari jecham
@alamialami8135
@alamialami8135 2 ай бұрын
Saafudhaa abboo
@SaadaTube-uw6xn
@SaadaTube-uw6xn 2 ай бұрын
Umannii dirqamee godhee yoom jaalatee godhee!!!😢😢😢
@samiyaahmed7911
@samiyaahmed7911 2 ай бұрын
Wbo koo thank you
@MuradMohamedAli
@MuradMohamedAli 2 ай бұрын
Harargee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@user-wb3ny2yi9e
@user-wb3ny2yi9e 2 ай бұрын
Kkk namaa dhibaa
@NasraddiinAbraahim
@NasraddiinAbraahim 2 ай бұрын
Gama kootiin dhugaa galche jechuu hin danda'u sababni isaas waan murteeffatee dhaqeef isaatu beeka.
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 2 ай бұрын
Wollaahii ummatni oromoo dhugaatti Obsaaf garalaafessa
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 2 ай бұрын
badhadhiinaa ❤ 🐅 ❤ 🐅 ❤ 🐅 ❤ 🐅 ❤ 🐅 ❤ 🐅 ❤ 🐅 ❤ 🐅 ❤ 🐅 ❤ 🐅 ❤ 🐅 ❤ 🐅 ❤ 🐅 ❤ 🐅
@ChalaSirajbakar
@ChalaSirajbakar 2 ай бұрын
Giizee mudaamani wan Akaan haassawanii nii beeynaa
@user-eo2iz5vc4t
@user-eo2iz5vc4t 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤😭😭😭😭
@user-vh4tl3iw9b
@user-vh4tl3iw9b 2 ай бұрын
🤔
@user-do2zx7fn9z
@user-do2zx7fn9z 2 ай бұрын
Umatii dirqaamaan bahee, kandidee hundi hidha jiira.
@rayaanrayaan589
@rayaanrayaan589 2 ай бұрын
ittuun abiyi ta'e umataa kana kenuyaati galchaa
@rahmadamaa-td5ro
@rahmadamaa-td5ro 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉😊
@Iftuu593
@Iftuu593 2 ай бұрын
Dhugaa kee jetee ummaan bahaa jeenan hin bahaa
@bilisumaahajjjelan7963
@bilisumaahajjjelan7963 2 ай бұрын
Dhugaa.keetii ✅✅✅
@user-uh2rl5gl3e
@user-uh2rl5gl3e 2 ай бұрын
Baga nagaan dhuftee ❤❤❤
@user-gi3rj9dl6j
@user-gi3rj9dl6j 2 ай бұрын
Aaaamminn
@RameeTube-qf4ym
@RameeTube-qf4ym 2 ай бұрын
Umaani itiyopiya rabii raa motumaa abiyii sodaataa❤wlh dirqamaan hiriitaas basaan😅
@uaess9428
@uaess9428 2 ай бұрын
Yaa jarana namni tokko tokko mataan isaa likkumaayi ummata dirqamaan baasu danda'um abiyi taayye isaa jedhe nu xiqeessa ture dhugaa maa dubbataaf hin hiine hayyu oromoo meeqa galaafate tole degarsa ilaaltani mii mormii moo nuuf heyyamsisaa kaa gaafas wal madaalchiftu warqii kanaas kaabinumatu waliti guure bite dhirri warqii hin kaawatu yaa Sheila eci
@kaanaansabaf
@kaanaansabaf 2 ай бұрын
Akkas hin jedhin obbolesso oromon oromiya kessaa wonit inni akka biltsigiinaa jibbuu hin qabu, achiit nii dogortee nati fakkataa irraa debbii lallii
@user-ex7oo6lx4x
@user-ex7oo6lx4x 2 ай бұрын
🤫🤫🤫🤫🤫
@bilisumaahajjjelan7963
@bilisumaahajjjelan7963 2 ай бұрын
Ee.Misskkina.wallahi 😁😁
@user-sd2qp7xo2b
@user-sd2qp7xo2b 2 ай бұрын
Ummanni oromoo guutuun Ummata siyaasaa warra waa xiin xalu tahee jiraa makiinaan yoo kararraa baatee karaarraa fagaatte nibeekan
@user-of3sb1cb6g
@user-of3sb1cb6g 2 ай бұрын
Abdu😊
@true_is_truefalse_is_false6692
@true_is_truefalse_is_false6692 2 ай бұрын
Oromoon Wellegaa Abiy waa'ee afaan oromootiin isaan gowwoomsaa jira jedhanii yoo amanan gabrummaa jala turanii waraana isaatiin haa du'an. Ummanni Oromoo wanti hanqate nagaa, bilisummaa fi guddina diinagdee kan barbaachisoo dha!
@user-gl1yq2ec4b
@user-gl1yq2ec4b 2 ай бұрын
Jari kuni wanti issani hodesani dhugadha? Malfi sobu?
@alamialami8135
@alamialami8135 2 ай бұрын
Yoo bori Immo dironi ittí robsuu batefoo
@EbrahimEbrahim-lb1mr
@EbrahimEbrahim-lb1mr 2 ай бұрын
Yeroo tokko tokkoo akka nama Ethiopia kessa jiruti yookan afric kessati hadayi
@jemsibon
@jemsibon 2 ай бұрын
Oromon namaaf hin quudhituu bar ango jaalalaf ummata dararan shaneen
@HhdHud-ut3zj
@HhdHud-ut3zj 2 ай бұрын
😁😁😁waan Ajaaibaa
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 2 ай бұрын
inaafiituu Raabii sabiirii siifii hakenuu 😂😂😂😂 fariiden wayaane fannoo rip
@LaftiitenyaaLafeetenyaa
@LaftiitenyaaLafeetenyaa 2 ай бұрын
Ilmoo hadhaa sharmuxaa maal jetaa ajawaa yaa ilmaan hadhaa malee abbaa of hin benee
@user-do2zx7fn9z
@user-do2zx7fn9z 2 ай бұрын
Dabbalesatu badhasee
@kadirgobana9167
@kadirgobana9167 2 ай бұрын
Wallagaan magala akka neqamtee 6 qabaa
@zeynabaabdulahi2477
@zeynabaabdulahi2477 2 ай бұрын
Sodadhafii kanaa godhan umatiin keyna
@IbsaaDggafaa
@IbsaaDggafaa 2 ай бұрын
Dhugadha jeechi kee
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 2 ай бұрын
Hn dhisani bar yooni isan hn dhufne bakka isan itti kota ja,an dirqama
@surfacebro4842
@surfacebro4842 2 ай бұрын
የአንተ ጨወታዉ በመሀል መዳ ነው 😊😊😊😊😊
@user-kr6hv2xc3s
@user-kr6hv2xc3s 2 ай бұрын
Dirqamumaa benaa
@rayaanrayaan589
@rayaanrayaan589 2 ай бұрын
Maroon jalddeesaa haa eguu bosannaa keessaa 😂
@user-dv7ir4dz3f
@user-dv7ir4dz3f 2 ай бұрын
Fagaara urggufte dubartoiti
@rehemabegum870
@rehemabegum870 2 ай бұрын
😅😅😅😅
@ayatiayaati4473
@ayatiayaati4473 2 ай бұрын
Afafatuu jedhii nutii wan issan nu godhan hìn dagganuu keessatuu Amanu.el wadimuu Utuu was an gallees akkasumaa
@abdusalamkoo269
@abdusalamkoo269 2 ай бұрын
Kan haccee nyaate yuu oromoo dhaa
@user-kg7er6iu7w
@user-kg7er6iu7w 2 ай бұрын
Hy😂
@boonaoromiya
@boonaoromiya 2 ай бұрын
ummata kaabine moo.tumatu dirqamaan aaka hirmaatan goote malee Dr abiyin jaalatee miti dirqameeti akkan xiinxaletti abdu
@zeynabaabdulahi2477
@zeynabaabdulahi2477 2 ай бұрын
Wan demaa jiraa Oromo ni beytii akka Oromo fixxa jiruu
@zeynabaabdulahi2477
@zeynabaabdulahi2477 2 ай бұрын
Biyya Oromon jirtuu keysaa lolaa tu jiraa namtichn ni kijiba
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l 2 ай бұрын
Tuuutuuuuoromiti
@zeynabaabdulahi2477
@zeynabaabdulahi2477 2 ай бұрын
Abiyn kijjbnin biyaa bulchu fedha
@zeynabaabdulahi2477
@zeynabaabdulahi2477 2 ай бұрын
Farada kijibota
@CellPhonica-ww7mk
@CellPhonica-ww7mk 2 ай бұрын
Ayi shime😂😂 yaa safuu jarrii kun sogiidana ija dhiqatani asii bahan yoo hasaan🛑⛔️❌❌⁉️
@tadichaguyo290
@tadichaguyo290 2 ай бұрын
Saying that Abiy Ahmed and PP party has a lot of support in Oromia is very wrong. My brother you have right to love Abiy and PP party but please fear Allah and don't lie. Don't confuse people
@true_is_truefalse_is_false6692
@true_is_truefalse_is_false6692 2 ай бұрын
Abiy is trying to fool Oromos by talking about Oromo language!
@ObsinetObsinet-ws5hw
@ObsinetObsinet-ws5hw 2 ай бұрын
Gandhi tokko ee 500fi achii olii abdu hin sobne
@MahammedYousuf
@MahammedYousuf 2 ай бұрын
Please make your sentence short
DAD LEFT HIS OLD SOCKS ON THE COUCH…😱😂
00:24
JULI_PROETO
Рет қаралды 15 МЛН
마시멜로우로 체감되는 요즘 물가
00:20
진영민yeongmin
Рет қаралды 33 МЛН
Эффект Карбонаро и нестандартная коробка
01:00
История одного вокалиста
Рет қаралды 9 МЛН
I Can't Believe We Did This...
00:38
Stokes Twins
Рет қаралды 132 МЛН
OROMIA11: HARAGALFII: WBO fi Jaal Odaa Tarbii
32:28
Oromia 11
Рет қаралды 74 М.
Qaanqee dhow: Gingilchaa 22ffaa Pireezidaant Shimallis Abdiisaa
51:25
Aangoon akka Qooddirooti, Nama jalaa maramti!
53:04
Qaanqee Show
Рет қаралды 62 М.
Бушмен и бабуин. В поисках воды.
0:42
BERMUDA
Рет қаралды 10 МЛН
When an RV meets a zombie outside #rv
0:21
campingWorld
Рет қаралды 28 МЛН
POV Joy and Anger's house - Inside Out 2
0:40
AmogusMan
Рет қаралды 22 МЛН
МЫ ПОХОДУ ЧТО-ТО НАПУТАЛИ
0:20
МАКАРОН
Рет қаралды 8 МЛН