Abdu jirta qali nama jecha dhuga dubate Hataule mee waye mana digama jiru kanale maa waliti lala jiran maqa adesa jedhani kan wgaa dhera kesale ture ira diga kan biarati kenuf irati mariata jiru mee kanale midan aka omn Lee dhagatuma ilala jira Mal jeta mee ati aka dhufa ketiti
@user-yo8dj5fw4oАй бұрын
👍👍👍👍👍👍👍
@Johara-oz8hhАй бұрын
Mootumman Ethiopia osoo ngy barbaade warra akka jaal Battee hin ajjeesuu ture osoo jaal Marroon galeehuu akkuma jaal Battee ti male jijiiramni Ethiopia kessatti dhufu hin jiruu garuu rabbi keenyaa guddaan Angoon harka isaa jirtii nama nuti jaalannu rabbi nuuf haa filu ☝️ inshaa Allah
Wanti ppn barbaaddu ifa gala Innis fakkeessadha.Abo shanee tu harka kennatee galee jedhanii karaa midiyaa OBN tiin odeessu isaan kun kan shimalis Abdisaa fi faqadaa Abdiisaa walii galanii lenjisani bobbaasanii isaan fakkeessuf akkasitti galaa jedhu.kan galaa jiru kan marroo osoo hin taane kan ppti.Abon gowwaa miti kana booda akka hojiitti qalanii fixuuf barbaadan.malee karaa America 🇺🇸 nagaa buusuu hin barbaadan.isaan akka barbannetti kolofnee bulchinaa America 🇺🇸 nu hin araarsituu jedhanii Shiraa jiru.kana booda gowwaan hin jiru.
@urjiioromia5833Ай бұрын
Hunda dhugaadha jattee bro jabaadhu France irraa ❤
@Aamjd-mq9llАй бұрын
Oke 🎉❤
@user-kr6hv2xc3sАй бұрын
Wahee umataa shawaa lixaa cala ka dhumee hin jiruu natii fakkata waga shan erga jalqabee mana tokko nama shan dhabnee