Silayyuu Intala Sooressaa fuudhun balleesse… Model Hawwii Habtaamuu on

  Рет қаралды 107,064

Risaa Media

Risaa Media

3 ай бұрын

Пікірлер: 844
@sinantube1
@sinantube1 3 ай бұрын
Obbolewwan koo biyya nama jirtan waqaayyo yaada muraada kessan isiinif haa milkessuu 🤲🙏 ❤❤
@hanatu
@hanatu 3 ай бұрын
Amee 😢❤
@sifaanorotube9416
@sifaanorotube9416 3 ай бұрын
Sinantbue koo Ameen Buche kooo ❤❤❤❤
@user-qp4ww4wh7h
@user-qp4ww4wh7h 3 ай бұрын
Ameen waluman hadho koo🥰🥰🥰🥰🙏
@kulaanitashe9401
@kulaanitashe9401 3 ай бұрын
Ameeen ❤❤❤siifillee
@alanood8132
@alanood8132 3 ай бұрын
Ameen 🤲
@QellemmediaNetwork
@QellemmediaNetwork 2 ай бұрын
Inni intala kanaaf afferra godhee Amma ishee inga'u
@user-in5fw5ys1p
@user-in5fw5ys1p 3 ай бұрын
Gurbaan bayyee nama cimaadha toftaadhan jirenyaa isaa akkaa isheen balleesitee kan ishee imoo Ajjeessee gabaaf ishee basee demee
@debelawakwoya1423
@debelawakwoya1423 3 ай бұрын
Gammee dhugaaf jecha mucaa isa dhiiraas waliin dhiheessuu qabda ture..dhugaan eessa akka jirtu adda baasuuf...
@dejeneshibeshi1231
@dejeneshibeshi1231 3 ай бұрын
Waantii isheen haasoftuu dhugaaf taanan waan kiiloo kaasee gaa'ilaashee diiguu mitii
@SenaaNagasa
@SenaaNagasa 3 ай бұрын
Dhugaa kee jettee kunoo akkanatti qullaa demtee bashaqaxamut ittii afee 😢
@user-sx6hm7lg6o
@user-sx6hm7lg6o 3 ай бұрын
Dhugaa keeti
@user-tu5ey4tc8d
@user-tu5ey4tc8d 2 ай бұрын
Dhugaa keedha ulfaadhu.
@user-qs5dj9qo9j
@user-qs5dj9qo9j 3 ай бұрын
Nadheen safuu gatee asiraatii wamtee akkaa namni midiyaa kee jibbuu hin godhiin
@saludinfedilu4137
@saludinfedilu4137 3 ай бұрын
Safuu hin bektu kun
@lalisesamuel3574
@lalisesamuel3574 3 ай бұрын
Maal Haa Goturee Hin Midhaani Hin Reba Taanaani Adda Ba'uudha malee
@user-qs5dj9qo9j
@user-qs5dj9qo9j 3 ай бұрын
@@lalisesamuel3574 Hasan afaan isheera ba,a jiru akkuma ilaalcha keetii dhugaa sitti fakkaata??!!
@matusalamayele9823
@matusalamayele9823 3 ай бұрын
​@@lalisesamuel3574ሸሸሸሸሐተተ% ∞∞∞∞
@user-iw1nv8tp7c
@user-iw1nv8tp7c 3 ай бұрын
Badii asi
@GaaddiseeG
@GaaddiseeG 3 ай бұрын
Muu kunuunfamtee duuteetta,waan haasahamuu fi hin haasahamneyyuu hin beektuu
@geletamengistu7200
@geletamengistu7200 3 ай бұрын
Fakkenya maalii nama taha kun nan morma jabeesse yaada intala kana💪💪💪💪💪
@makiama9561
@makiama9561 3 ай бұрын
Kkkkkkkkk
@bariiarguufjira7393
@bariiarguufjira7393 3 ай бұрын
Abba mana ishii fidii gammee ❤❤
@user-jn6tq1ki9c
@user-jn6tq1ki9c 3 ай бұрын
Kun barnoota sirrii dabarsa summii ykn wal ajjeesanii nama gumaa wal gochuu irraa erga jaalallii hin jirree jaalalaf kabajaan wal gaggeessuun gaariidha.lachuu carraa jireenya qabu waan taef❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@safavieh-gz6ir
@safavieh-gz6ir 3 ай бұрын
Ilmii namaa jaalatee jireenyaa isaa hin diiguu namuu yoo namaf hubachuu baates jechotaa badaa wolif laachuun gaaarii mittii ummataa comment 🙏
@boontuu559
@boontuu559 3 ай бұрын
Baga. Ofiraa dhiftee nama sifi hin tanne fanna jiràchuu dhukubaa 🥺🥺🥺🥺
@dejeneshibeshi1231
@dejeneshibeshi1231 3 ай бұрын
Abba manashees dhiyeessuu qabdaa dhugaa adda baasuuf
@user-qp4ww4wh7h
@user-qp4ww4wh7h 3 ай бұрын
Dhuga jete
@Letigurmessa
@Letigurmessa 3 ай бұрын
My Big Qns!
@user-qs5dj9qo9j
@user-qs5dj9qo9j 3 ай бұрын
Dhugaa keetii qaalii nama.
@zxczxc3083
@zxczxc3083 3 ай бұрын
Sirrii jetee
@MeyraaInsight
@MeyraaInsight 3 ай бұрын
Sirriidha
@oromtitiiamboo9451
@oromtitiiamboo9451 3 ай бұрын
Ishiin badii maali qabdii umaani kan Afaan banuu😮😮😮
@moeeraantube6409
@moeeraantube6409 3 ай бұрын
@Gammadaa Show Rakkoonkee mal seete gama tokkotti goruu keeti jara lamaan bakka tokkotti fiddee yaada jara lamaanii dhiyeessutu sirra ture intalli gurbaamarratti muka jiksitee deemte yoo dandeesse torban Gurbaa dhiyeessi uummanni abbaa balleessaa ha murteessuu🙏
@TamiruMD
@TamiruMD 3 ай бұрын
sirriidha!
@yaredgudina3539
@yaredgudina3539 3 ай бұрын
Dhugaan jiru intalli ijoollee ture jetti malee hanga amma ilee yaadi ishee yaada daa'imaati. Abba mana fi haati mana waan hundi wal qixxateef osoo hin taane kan gaa'ila jabeesse dhaabuu garaagaruma walii irratti hojjecha tokkuma walii cimsuudha. Wal hiikuun karaa seeraa qabeessa dadhabamee akkamiin miidiyaa hawwaasa irratti furamu danda'ee. Ani kaniin hubadhee waan haara fiduun beekamti argachuuf nati fakkaata. Gammadaa showuniis kaayyoo isaani ganama milkeesitettaaf. Ani gamakoon homa irra hin barannee.
@jesusislord5513
@jesusislord5513 3 ай бұрын
Ati Ergaa homa irraa hin Baranee dhisii nutii waan Baay’ee irra Baranee mucayyoon yanii ishii siriidhaa eenyuuf jedha cunqurfamte jiratii murtee Garii murteessite Gobaz intalattii
@yaredgudina3539
@yaredgudina3539 3 ай бұрын
Ani silas maalif wal hiikan ykn yaada ishee irratti miti kaniin komii qabu. Kaniin kaasee yoo dubbistee si galeef dhimmaa seeraan xumuruun danda'amu miidiyaa hawwaasa irratti balbaloomsuun maaf barbaachise kun safuu hin qabuuy isa jedhu ture.
@Fakkeenyaaf
@Fakkeenyaaf 3 ай бұрын
sirrii jette galatoomi ilma keenyaa baay'ee yaadde eebbifami malee.
@efremyadeta4973
@efremyadeta4973 3 ай бұрын
Gammadaa Ati Nama Barate Mitii ? Kan irraa Maal Barra Jettettu Kan Intala Baalagee Kana Nuf Dhiyeessitu : Baayyeen Sitti Gadde :: Lammata Show Kee Hin ilaalu
@jesusislord5513
@jesusislord5513 3 ай бұрын
yoom sii Kadhatee kotuu Naaf ilalli sin jedhee? Citaan takka hira'tef Mani hin imisuu jedha Oromoon yoo mammaku Ati ilaluu Batuus inni show isaa itti fufa Kanara kaan hafee moo mucayyoon ofitti amanamummaa Gudda Qabdii Bagaa Dubatee
@OsmanOlu-ls4ry
@OsmanOlu-ls4ry 3 ай бұрын
Wlh dhugaa jetee
@kenaajaalala
@kenaajaalala 3 ай бұрын
Bagaa nagaa dhufte qalii ❤❤❤❤
@wayyeessaofficial
@wayyeessaofficial 3 ай бұрын
Namni gammadaa show Daawwatu dhibaa laata Jaalalaaf yoo dhiisanuu jibbaaf nii ilaalu
@MohammedEbrahim5322
@MohammedEbrahim5322 3 ай бұрын
Gurbaan ammayyuu hammeenya hin qabu😂😂
@aminatube3119
@aminatube3119 3 ай бұрын
Congratulations 🎉🎈🎊🍾 100k
@Falmattuuqalbeessaa
@Falmattuuqalbeessaa 3 ай бұрын
Dhukkuba ani dhoksee firaa ko irraa fagadheedha😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@ebisagenjo9781
@ebisagenjo9781 3 ай бұрын
Contact me sister
@sinantube1
@sinantube1 3 ай бұрын
Rabbin si haa fuuru haadhoo koo❤❤❤
@Sabarttu
@Sabarttu 2 ай бұрын
Wlh anilee ufff maattiti himu sodaadhe akka sira.uu yaalee dadhabe 😢💔💔💔💔💔😭😭😭
@taaduutube9116
@taaduutube9116 3 ай бұрын
Nama hin bekneef salphaa taa'u danda'a garuu gaelaa keesatii wanumaa xixinnoo akkana kanattuu hiddaa jabefachaa jalallaa hirisaa jibbaa babalissaa demmaa😢😢😢
@alaminshdhabasa723
@alaminshdhabasa723 3 ай бұрын
Bagaa waaqayyoni sigarigaree🎉🎉🎉🎉❤❤❤ dhugaa waaqayyo anii bayyenii sifii gamadee malifii yoo jetee dimmaa walakaa inqabanii anii waggaa kudhaa sadii erigani addaa bayyee garuu erigasii ineruminee wanin dhalaa tokkoo qabufii mucanikoo nadhorikaa kunoo indhamee afee qobaa koo kunii ayyanitudhaa😢😢😢
@foziyaaarsiifoziyaaarsii6926
@foziyaaarsiifoziyaaarsii6926 3 ай бұрын
😢😢😢😢
@lemmagutema4411
@lemmagutema4411 3 ай бұрын
mucaan kun machii ijoollummaa keessa hin baane. Booda gaabbuun ishee hin oolu.
@oromiahailee4491
@oromiahailee4491 3 ай бұрын
Nan gadee dhugaa jalqabaa itti areen turee garuu caradhaas gurbanis bayyeema ofi ilale jechudha akkan yadaa isheraa hubadhetti knf gaa waqayyo kan caraa keessani isinif haa kenuu ❤
@Rose-kb8ec
@Rose-kb8ec 3 ай бұрын
Uuuufffffii hadhoo koo waqaayyoo siyaa kisuu❤
@jadidtube1
@jadidtube1 3 ай бұрын
Congratulations 🎉🎈🍾 100k 🎉
@BirhanuTeku
@BirhanuTeku 3 ай бұрын
Intala beektu osoo taate mata dureewwan isheen kaaste kun kan gaa'ila ishee diigu miti ture hundaafuu baga ofirraa gaggeessee🙏
@miichuugosaa-ke7dg
@miichuugosaa-ke7dg 3 ай бұрын
dhugaa keeti
@jesusislord5513
@jesusislord5513 3 ай бұрын
Yoo jetuu hoo Rebbama isaa waliin jiratii moo? Garii Gotee Baga dhistee Issanii warii dhira Amale Akkuma waraa durtii yaduu Intaloon confidence። Qabdii 👍👍
@Birqee-ox3yc
@Birqee-ox3yc 2 ай бұрын
Hin gamdee moo atoo wadhisuusanii???
@ShitooBaacaaBaacaa
@ShitooBaacaaBaacaa 3 ай бұрын
Mee anaa iree achii iraati naawamii seenaa ijoolee golaa Ormaa dhubadha iraatii 😢😢😢❤🎉
@godawajjiitube
@godawajjiitube 3 ай бұрын
Jabaadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-lf5gs7ii2y
@user-lf5gs7ii2y 3 ай бұрын
Dhugaa keeti bagaa irra adda batee namaa sii tatee Wali yeroo gubuun hin barbachisuu ati dhugumaa nama addati fakkenya nama ta'aa akkumaa jalalaa waliti dhufaan jalalaa adda bayuun bartee haa ta 'uu hawasaa Kenya kan malees shamarran Kenya hamilee akka cabnee👍👍👍👍💯💪💪💪
@dannylemi8802
@dannylemi8802 3 ай бұрын
Yaadaan garaagara bahu isaanii haalli taa'umsa isaaniiyyuu ni ibsa. Keessumaa how they crosses their legs! Haasaa ishee irraa kan hubatamus Xiinsammuu Miidhamtee turte mucaan kun. Dhugaa na gaddisiiste. Garuu your future is very bright. Keep it up your strength. Hawisha❤🎉❤
@bakilefayisa2531
@bakilefayisa2531 3 ай бұрын
Dhugaa ketti kichuu ergaa sii kabalaa taehoo lagaa lixuu wan nyataaf ufataan jiratee jalalii hin jiruu yoo tae ofumatti😢❤
@user-md5zb3mt6o
@user-md5zb3mt6o 3 ай бұрын
Dhugaa dubbachuuf mucayyoo kanatti callistanii hin faradiinaa miidhama ishee, ishee qofatu beeka gaa'elli yoo jaalalaan itti jiraatan Tsionidha yoo jaalalli hin jiraanne garuu siholidha.😢😢😢
@birtkanstore4268
@birtkanstore4268 3 ай бұрын
Waqayyoo nuutii haa araramuu malee bayyee ulfaata😢😢😢
@gemechisfekadu5655
@gemechisfekadu5655 3 ай бұрын
Gammaddaa jabaadhuu sii jedhaa !!! Akka nama media tokkottii oso mucaa waliin dhiyessittee dhugaa jiruu hundaa baruu danda'amma ture garuu hawwii qofaashe dhiyessuu fudhatama hin qabu!!!
@AbdulmejidNura
@AbdulmejidNura 3 ай бұрын
Good measurement,I'm appreciate both of you.
@EbisaFufa
@EbisaFufa 3 ай бұрын
She's brilliant woman really!!!!
@segnigidisa7960
@segnigidisa7960 3 ай бұрын
#Gammaada_show & #Hawwii dhaaf kan Qullaa deemturaa ibsaa ofitti qabdi jedhaan 🥰 dhimii digaamu gaa'ela obboolleetti keenyaa hawwii media tti ba'e erga mata duree dubbii ta'e guyyoota lakkoofsisee jira.kalleessaa galgalaas dhimii obboollettii keenyaa hawwii media gammaada show irraattii gad lakkiifamee .anis vedio kanaa ilaalen hangaa dhumaa ttii garuu waan achii irraa hubbaadheef dhagaa'e akkaa namaa tti kan namaa salfachisuu malee kan namaa barsisuu ta'e hin argaane .Dhugaan jiru intalli ijoolleen ture jetti malee hanga ammatti illee yaadni ishee yaada daa'imaati Ammaas yaadan hin bilchaane . rakkoon isaa biraa qofaa uttuu hin ta'in ishee biraas jiraa. akkaata ittii maatin ishe ishee guddisaan mataa isaa ishee irraatti dhibbaa Umeera ammaas Umaa jiraa. jireenya namaa kam keessaa iyyuu rakkoon jiraa keessumaa gaa'ela keessaa .garuu jireenyii rakkoo qabaa jennee jireenya jiraachu hin dhifnu rakkoo keenyaa furee ademsaa jireenyaa ittii fufna malee .akkaa kotii rakkoo isheen rakkoo dhaa jettee kastee killoo naf hin kasnee dhimaa wal hubbaachun furuu danda'aan turee waanti social media dhaan dhufuu dhaloota biraa dafee waan ga'uf anis akkaa namaa tokkoo ttii yaada koo kennuuf dirqaame .inniis 1.obboolleettiin kun dhimaa ishee akkaa social media tti bastuu maf barbachisee ? Eenyuun barsisuuf ? dhalooni hoo mal irraa baraa ? yoo ittiin beekamtiif dhageetti argaachuf ta'e malee 2.akkaa jalqabaanitti maf achiitti dhoksaan,jaalalan maf hin xummure ? nuyii warri isaan ilaalu mal irraa baraa ? waal hiikun normal ta'u, filannoo sirrii ta'u, murtee sirrii ta'u isaa ? mal irraa baraa mee ? #Gammaada_show 1.mal akkaa irraa baruuf media tti nuf fiddee ? kayyoon kee malii ? bor dhalooni bodeen dhufuu gaa'ela hiiku normal godhee akkaa inni fudhaatu dhaa ? salphoo soqolate soqola gargaruu jennaan atis salphina obboolleetti kenyaa gabaaf bussness gochuun fidee . atis akkaa ishee yaadan daa'imaa ta'un kee namaa dhibbaa.bu'a media irraa argaatuf jettee view dhaaf, qarshii dhaf jettee jireenya dhaloota si bodee jiruu balleessuun kee namaa dhibbaa namaa gaadisisa😞😱😭 media kee namaa yaadan bilchaate qofaa uttuu hin ta'in daa'imni akkaa ilaalan maf dagaate ? Uumaata keessaa dhuftee ,Aadaaf safuu Uumaata kee maf kabaaju dagaate ?mal irraa baraa nuf fidee ? haa ta'u mee bu'aa dhaf jettee dogoggoraa akkaasi hojjeechu hin qabduu turee namoota barumsa guddaa irraa argaanu sabaa kenyaa keessaa jiruu isaan nuf fidii irraa baraa. dhamsaa -rakkoo keenyaa fudhaane social media tti figuu irraa of biraatti qabaane haa turuu. -namoota social media ilaalanif of haa egaanu -ergaan keenyaa safuu Uumaata keenyaa Aadaa keenyaa kan egee haa ta'u
@robaduba3817
@robaduba3817 3 ай бұрын
😢😢Garuu dhugaa Bayy'ee namaa Ajaibaa
@DerejeAbdeta
@DerejeAbdeta 3 ай бұрын
Waaqayyo isinitti haa araaramu
@wayyeessaofficial
@wayyeessaofficial 3 ай бұрын
Hawwii baay'ee of Arbeessuun gaarii miti ❤❤
@RahmaRahma-be1dm
@RahmaRahma-be1dm 3 ай бұрын
Congratulations 100k Gamnee🎉
@mararajabessadugasa
@mararajabessadugasa 3 ай бұрын
Ati safuufi aadaa keenyaa cabsa dhaloota jaamsa jirta Please dhabbadhuu of ilaalli maaloo Namoota akkamitti interview akka ta'u adda baasi bari dura
@jesusislord5513
@jesusislord5513 3 ай бұрын
Safuu cabsuu mitti mucyyon ofitti Amanamummaa Guddaa Gabdii Shamara Akka Barbadanti dhitan Bulchuun durii hafee erga Jaalalli hin jiranee kophaa jirachuu wayya
@lovemy6167
@lovemy6167 3 ай бұрын
Dhaltuu jechuun kan waqaa of ta'uun kan❤❤
@geturoba
@geturoba 3 ай бұрын
abbaa manaa ishee duraanii dhiyaate ,dhugaa jiruu addaa yaa bahuu nama barsiissuuf yoo tahe
@SADAN_COMEDY
@SADAN_COMEDY 3 ай бұрын
Well Go 😮
@gizachewnemomsa4210
@gizachewnemomsa4210 3 ай бұрын
Moodela dubbii hin dandeenyeef Gammadaa Gaaffii hn beeknetu wal argate.
@bikiltukannisa5740
@bikiltukannisa5740 3 ай бұрын
Yoo dhugadhaf hojeta ta.ee Abba manashe nuu dhiyesii 😢 Intalaa sooresa😂😊safuu obbo
@ashias9880
@ashias9880 3 ай бұрын
Anumaa xiqoo tanafii bultii diguu gaaruu waan isanii dheibee rabbiifi isnuutuu beekkaa
@MucaLixa
@MucaLixa 3 ай бұрын
Dhangaala,I biyya keenyaa keessa faraa hadhakee
@misganagosa502
@misganagosa502 3 ай бұрын
Nama gaddidisti dhugaa ❤❤❤❤❤❤
@IsraelMatiwos
@IsraelMatiwos 3 ай бұрын
Safuudhabooooo
@EshetuMamo-if9fs
@EshetuMamo-if9fs 3 ай бұрын
yoo yaada gurbaa sanaa hin dhiyeessitu taate atiyyuu baayyee dogongorteetta Gammadaa
@MakiyaOromo-tf9cf
@MakiyaOromo-tf9cf 3 ай бұрын
Bayee gara Namaa nyatuu😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤
@moiitech4218
@moiitech4218 3 ай бұрын
Abbaa mana ishiis dhiyessuu qabdaa dhugaa jiru ni hubanaatii
@user-um1hh3jg9z
@user-um1hh3jg9z 3 ай бұрын
Midhaama ishee nama midhamee beeku qofatu beeka, baga Ikte
@saamshuma
@saamshuma 3 ай бұрын
gammada show kun qaaniidha fi safuu oromoo kan cabsuudha waan ta'eef abbaa manaa ishee illee haffeeruu qabda kana ta'uu baannaan miidi'aa kee gatii dhabsiisaa jirta beeki
@htg7447
@htg7447 3 ай бұрын
Yaa Waqayyo saafun baddeka
@smartsmarts442
@smartsmarts442 3 ай бұрын
Abbaa Manaa Isiile Dhiyesii Kaa Gsmmada Shoo
@oromiahailee4491
@oromiahailee4491 3 ай бұрын
Namonii bayyeen comment fokkisaa namatti hin tolee lachafii turan garuu ama gafan dhaga,uu isherratti bayyeen gadee namni jalatee mana isa hin diguu amas hin bekamuu walitti Debi,uu danda,uu dubbiin jalala gafaa bubuluu namaf galaa ❤
@Birqee-ox3yc
@Birqee-ox3yc 2 ай бұрын
Dhugaa jetee isaan walitii debiuu dandaauu garuu waraa komeentif🙄🫣
@iluoromiya6167
@iluoromiya6167 3 ай бұрын
Gafachunke Gaariidha Garuu mucaan Dogogorte jirti
@biliseekuubii2347
@biliseekuubii2347 3 ай бұрын
Gamadaa show lamata Media kee hin daawadhu sorry ofiifuu Nama adaaf safuu gate Media irrati hojjii isaanii babalisiif Bori Ijooleen gaa,ela isaanii diiganii haa dhufani😢 Dhugaa waaqayyoo itti gaafatamta guyyaa tokko
@ebadekebo3137
@ebadekebo3137 3 ай бұрын
Dhugadha
@htg7447
@htg7447 3 ай бұрын
Nutoo biyya alaa jiraane,akka kessan kanaa safuf adda oromo hin ganee,wani isin dhibuu walddan ilee ufataa gababaa yoo ufaane nu wamanituu nu gorsuu,ijoleen kenyalee afaan oromof adda isanii akka baranif bayye iti dhamana,isinimo biyyuma oromiya tessani addaf safuu oeomo cabsuuf,wangelaa alaa ta’un kun malii jedhugaa,garuu Mee oftii debi’aa nama wa’a meqaa dhabee hin ta’inaa.wangelii haraa iti qostaan qossati isin biraa hin henyeem
@htg7447
@htg7447 3 ай бұрын
Addaf safuu oromo debissa, hasamaa mandaraa kessa dhalotaati hin fiddinaa
@Hannaa-pb4xy
@Hannaa-pb4xy 3 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉
@YadiAssefa
@YadiAssefa 3 ай бұрын
Good job girl
@lemiisrael4425
@lemiisrael4425 3 ай бұрын
i appreciate your confidence garuu waan adda ba'u qabnuuf adda banee osoo jette gariidha just boriif si fayyadaa jedheen namoota guyya garii wajjin dabarsite hama isaa hasaa'u hin qabdu jabaadhu Hawwii
@HasenYusufOffical
@HasenYusufOffical 3 ай бұрын
❤Mal jettaan
@user-hn9vk7is1j
@user-hn9vk7is1j 3 ай бұрын
Abba manaashehoo maaliif hin dhihessinee
@alamimalata9532
@alamimalata9532 3 ай бұрын
Mudannoo gaa'elaa Isa beekutu beeka 😭😭
@fedocode
@fedocode 3 ай бұрын
Waan Isheen goote sirriidha jedhanii waan kanaaf kan kakka'aan baay'eedha. Gaa'eela diiguun waan nama gammachiisu miti.....Dhaloota Agguuffaa!
@UmmuFaaris1234
@UmmuFaaris1234 2 ай бұрын
Uuu😢😢😢
@KidistTerefe-zf8ik
@KidistTerefe-zf8ik 3 ай бұрын
Ani homaa ishee iraa hin baranee namni kamuu jirenyaa mijaatan guyyaa egee mijachuu waan danda'uuf obsuun dirqaama ta'a turee akka mana warra kootiiin jiradha jechuun dogoggora inni guddaan jaalala onnee qulqulluu walii qabachuu dha
@fitumakumeraoffical6707
@fitumakumeraoffical6707 3 ай бұрын
Safuudha Abboo nuu fidi. Kana karaa keessaan haasofsiisuudha.
@kennadubaro2910
@kennadubaro2910 3 ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂😂😂 maal kuni Aboo maal gotaa kannaa😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅
@dubaidubai5020
@dubaidubai5020 3 ай бұрын
😅😅😅😅
@user-si7pm1hs8i
@user-si7pm1hs8i 3 ай бұрын
Ayii Seexanaa !!!!!!!!!!!!!1 hojjechaa jirtiim yaa sabaa
@samsonmengesha8435
@samsonmengesha8435 3 ай бұрын
Walajjeessuf asiidii walittii naqurra kun haala gaarii dha,,,,Kan biroofis barnoota cimaa dha ..❤❤
@sanyii9438
@sanyii9438 3 ай бұрын
Ahaaaa moodiitu siif dhufe..😊
@kabadaolani3167
@kabadaolani3167 3 ай бұрын
Baayyee Gaariidha
@user-hq8xs5hi5e
@user-hq8xs5hi5e 3 ай бұрын
Gamme dhugaa baayyee sagantaan kee natti tola ❤ Ani barataa kutaa 8 faati anii fi maatiin koo baayyee si hordofna ❤ 💓Galatoomi Gammee koo💓💓💓❤❤❤ Yeroo ani qaphxii ministirii guddaa fidu akka ati ana waliin interview gootu hooma tokkollee hin shakku( Wallaggarraa)
@user-vn1oj1rr5u
@user-vn1oj1rr5u 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤
@DubeDanbobi
@DubeDanbobi 2 ай бұрын
Dhugaan jirtu intalli yo akkas ta'e miidhanteetti obboloota kiyya¡¡ Garuu ka isaalle yaada dhagahuu qabna murteessuudhaaf.
@jgyvhhvtfv6791
@jgyvhhvtfv6791 3 ай бұрын
1000%%%%%❤❤❤❤❤
@SABAAF.tube7740
@SABAAF.tube7740 3 ай бұрын
Abbaa manaa ishee waliin dhiyeessuu qabda turte gammee
@QAROKEBEDE
@QAROKEBEDE 3 ай бұрын
sagantaa GAMMADAA SHOW waan hin madaalle maaliif dhiyeessitaa?
@Senakoo1Senakoo1-zo8yj
@Senakoo1Senakoo1-zo8yj 3 ай бұрын
Afuuftu intala tana
@officialgirmabeshada3781
@officialgirmabeshada3781 3 ай бұрын
Adda bahuun haaraa miti garuu... Addabahuun fi addabaabahii bahuun tokko miti.
@hanatu
@hanatu 3 ай бұрын
😮😮😮
@shittoteressa2303
@shittoteressa2303 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@margaabeekumaa7296
@margaabeekumaa7296 3 ай бұрын
Gammadaa amma kun maali nama hubachiisa jettee haasofsiisa jirta atiyyuu
@tsionsimie2630
@tsionsimie2630 3 ай бұрын
Hawikoo
@gamegada9615
@gamegada9615 3 ай бұрын
Adara kee abba mana ishee Aferi
@Meseret514
@Meseret514 3 ай бұрын
Baayyee wallaaltuu intalaati ati
@user-fv6wy6ro3m
@user-fv6wy6ro3m 3 ай бұрын
Safudhaa kuni ana kan na aja'ibuu maltuu media irraati basuu ishii gatee
@bilisumaentertainment3765
@bilisumaentertainment3765 3 ай бұрын
Tish, Atis keessummaan kees jilaanfoo dha. Ammayyuu arrabsaa jirtii silaa akkamitti danda'ee waggaa lama mitii guyyaa lama waliin bule garuu? Salphoo Intalaa,... Maatiisaa, Amalasaa, Qabeenyasaa,... Qoshaashaa
@AbdisaAbdulkadir-fm3po
@AbdisaAbdulkadir-fm3po 3 ай бұрын
Atis jilaanfoodha bcos arrabsaa jirta beeki😂
@tokkummanhumnaasabaakoo2045
@tokkummanhumnaasabaakoo2045 3 ай бұрын
Sirriidha dhugaa ejjennoon isii 😢 Nama jaalala nama hin qabnee onne nama madeessaa Yeroo hundaa sammuu isii keessa hin badii waanti inni isii irratti dalaguu
@serkalem9216
@serkalem9216 3 ай бұрын
Arga kee ishii intala soorreessa ilma hiyyeessatti erumuu hin qabduu miti fookkiistu wayyii
@HowaHowa-gu1vs
@HowaHowa-gu1vs 3 ай бұрын
Ofii amani jabadhuu hadho ko dhiraa oli jirtaa
@oliyadolana7349
@oliyadolana7349 3 ай бұрын
Gammadaan show!!!!!!! Sagantaa jaalatamaa, barsiisaa fi bashaaniisaa ummataa keenyaa birraattii beekamuudhaa. Akkasumaasii dhiyeessaa sagantaa kanaa GAMMMADAA OLAANAA nama ummataa kabajaa fi jaalataamuummaa qabuudha. Garuu torbee kanaa keessaa moo akkasiii hin turee sangantaa tokkoo , HAWWII HABATAMUU waliin goote moo sangantaa siii madaaluu mittii 1,namnii gaaliilaa isaa yoo akka innii yaadeefi tahuu yoo batee diiguun mirgaa isaatii, 2, sagantaa dhimmaa dhuunfaa nama gidduu galaa akkasii haasahuun gaarii mitii, maalii irraa baraana? 3, amalaa nama dhuunfaa akkasii gaafa haasahamuu, kabajaa nama sanaa akkamiin ittii yaadanitti? 4, sagantaa GAMMADAA SHOW FI GAMMADAA OLAANAA hin maadaleedhaa!!!!!!!!!!
@dhibeewagari6211
@dhibeewagari6211 3 ай бұрын
❤❤❤
@hilifalemayehu5984
@hilifalemayehu5984 3 ай бұрын
An akka dhuunfaatti miidhagina studio Keetu na hawwateen isan ilaalaa oole 😊
@MageGema-js6ok
@MageGema-js6ok 2 ай бұрын
❤❤❤❤
@getachewjiru3263
@getachewjiru3263 2 ай бұрын
Inaffaan Duruu Jiraa Wal Rukutuun Garuu Yeroo Ammaa Kana Maratummaadha.
@BirraaEntertainment123
@BirraaEntertainment123 3 ай бұрын
Namni pharmacy qabu sooressa 😅😅
@bilisumarebu
@bilisumarebu 3 ай бұрын
Haalli ittiin walgeggeessan barsiisaadha!.
Does size matter? BEACH EDITION
00:32
Mini Katana
Рет қаралды 20 МЛН
Scary Teacher 3D Nick Troll Squid Game in Brush Teeth White or Black Challenge #shorts
00:47
Heartwarming moment as priest rescues ceremony with kindness #shorts
00:33
Fabiosa Best Lifehacks
Рет қаралды 38 МЛН
Tiktookera  Wardaa  Noolee [Wardaa Ahimad];   keessummaa Yeroo Jaalalaa,
22:03
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 113 М.
YOOYYAA- "Yeroo Sana.."
39:55
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 11 М.
Abbaaf Haadhakoo sababa qabsoonin Dhabe!!!
58:46
Qaanqee Show
Рет қаралды 20 М.
Haadha manaakoo waliin Iccitii hedduu dubbanne | gaaffii keessaniif deebii|
30:08
Dr Nafyad Getu Official
Рет қаралды 312 М.
Baatii tokkotti qarshii kuma 64 kaffaleen baradhe. Haannaa Addaamuu
10:24
Это ежегодное настроение 😉 #tiktok #юмор #жиза #funny
0:10
Ангелина и Тая
Рет қаралды 4,8 МЛН
He understood the assignment 💯 slide with caution x2
0:20
Carlwinz_Official
Рет қаралды 28 МЛН
Дымок или Симбочка?? 🤔 #симба #симбочка #mydeerfriendnokotan
0:19
Симбочка Пимпочка
Рет қаралды 2,8 МЛН
HE’S BACK! 😰
0:11
HeyItzPuppies
Рет қаралды 8 МЛН
ЖВАЧКИ!!!
0:47
Li ALINA
Рет қаралды 5 МЛН