SINGER SIMBO HIRKO ATI JENNAAN MALEE

  Рет қаралды 65,344

Simbo Hirko official

Simbo Hirko official

Күн бұрын

faarfannaa koo kun haaloota garaa garaa keessatti nama jajabeesuf ulfina waaqayyoo himuuf kan waaqayyoo natti kennedha. waaqayyoo bara jireenya keessaani naaf haa eebbisu namoonni dhageeffattan yaada keessaan comment naaf gochuu hin dhiisiina KZfaq koo kana fuula media keesani irrati share akka naaf gootan jaalala goftaan isinan gaafadha wan gootaniif Eebbifamaa jaalala obboluumma natti agarsiifftanif galatoomaa

Пікірлер: 300
@burteeburte
@burteeburte 3 ай бұрын
Omg waaqayyoon bara Kee jireenyakee umuriikee haa ebbisu giiftikoo sagalee boqonnaa namaaf kennu uufffeeeeee😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤
@user-jf5in3ip6f
@user-jf5in3ip6f 5 күн бұрын
Ammmeeeen ammmeeeen ammmeeeen ammmeeeen ammmeeeen ebbiifamii ebbiifamii ebbiifamii ebbifamtu koo simboo qabetii koo mucaa yesus waqayyoo saa ebbisuu
@user-jb1ds8mn8w
@user-jb1ds8mn8w 3 ай бұрын
Ameeen ameeen ameeen ameeen ameeen waaqayyo baga SI gargaaree ❤❤ ayyanni waaqayyo baga siif bayyatee
@user-vx3nl2wj5e
@user-vx3nl2wj5e Ай бұрын
Ameen eebbifami faarfannaa jireenya namaa eebbisudha❤❤
@adugnatemesgen390
@adugnatemesgen390 2 ай бұрын
Gooftaan sihaa eebbisu , galaana farfannaa si obaasu . Itti boqodheera an , rakkinna boodan ulfinatu jira !! ❤❤❤
@AsteerMilkii
@AsteerMilkii 2 ай бұрын
Uufff waaqayyoo sitti haa gammaduu namaa waaqayyoo. Ebbifaamii dachaa dachaadhaan 🙏🙏🙏🙏❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@KabeTaresa
@KabeTaresa Ай бұрын
Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen jiraadhuu waaqqaayyoo si haa Ebiisuuuu
@KiyaaOliraayu
@KiyaaOliraayu 3 ай бұрын
Qaxalee amboo Koo waaqayyoo kanaan oloti ayyaanisaa siif haa dabalamuu jabaadhu !!!!!!!
@YadesaTasema
@YadesaTasema Ай бұрын
Wow dhugaa baayye natti tole jira faarsan kun dhugaa baayyen jaalladhe
@GemechuReta
@GemechuReta 3 ай бұрын
Ameen ebbifami ayyaani isaa dachaa SI irraa haa jiraatu
@FayeFaresa
@FayeFaresa 3 ай бұрын
Ufffffeee hadhooko ebbiiffamtu gooftaan ebbiisse garaa kootu itti boqotte ameeeeen ameeeen yesus koo ulfaadhu abbaa koo😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤
@BuloGirma
@BuloGirma 5 күн бұрын
Waqayyoo si ha Eebbisu Obboletti koo jabaadhu Ergaa dhaloootaf ta,utu si harka jira.
@user-xl8vr2lw6u
@user-xl8vr2lw6u 3 ай бұрын
Bareduu ko bariifi jireenyi kee haa ebbifamu maqaa iyesuuni ebbifamii ❤🥰🙏🙏🙏
@kennaataayyeeofficial
@kennaataayyeeofficial 3 ай бұрын
Amazing 😍 God bless you 🙏
@KiyuuKiyyuuy
@KiyuuKiyyuuy 3 ай бұрын
Amee amee ameee
@AdisuEjeta-v8p
@AdisuEjeta-v8p 6 күн бұрын
jiraadhu, fiixaan SI haa baasu, jabaadhu.
@SanyiiKoo-xj3xc
@SanyiiKoo-xj3xc 2 ай бұрын
Waaqayyo ayyaana isaa siif haa baay'isu!
@LamesaOlbana
@LamesaOlbana Ай бұрын
Jabaadhuu sii gargaraa xiyoonittii lalaabnii hin jiru farfaana malee jabadhuu
@Keenaa-fl3ku
@Keenaa-fl3ku Ай бұрын
Ameeeeen Ame Ameeeeen
@user-ow1ne8eq8v
@user-ow1ne8eq8v 19 күн бұрын
Itti caalaa adeemi, gooftaan sifaana
@user-so9xl4ft2o
@user-so9xl4ft2o 3 ай бұрын
Uuufffeeeeee Baredukoo Simbo qabeeti Akuma Maqake Ayyaanike dachaa sifaha bay'eetu Eebbifami ❤❤
@BiqiltuuAbamsa
@BiqiltuuAbamsa 3 ай бұрын
Darbii adeemii nama waaqa dachaa Ebbifamii
@user-fg1nb8rv4y
@user-fg1nb8rv4y 3 ай бұрын
Uuuuffii lubbu koo ebbifamii tiruu kooo
@GutemaOlana
@GutemaOlana 3 ай бұрын
ayyaanni gooftaa ammallee siif haa baayyatuu mucaa kakuu
@user-qc3lk4oz8x
@user-qc3lk4oz8x 2 ай бұрын
Ufe guddaa Eebbifami ❤❤❤❤❤
@MarkosKumara
@MarkosKumara 3 ай бұрын
Jabadhuu farfannaan kee nama eebbisa.
@bekeledaba2841
@bekeledaba2841 3 ай бұрын
jabaadhu itti eebbifameera eebbifami!
@HannaTolemareyam
@HannaTolemareyam 3 ай бұрын
Uuuuufffffeeeeee gooftaan si haa ebbisu ayyaani sif haa baay'atuu
@abdi.diribsa-qd3en6em6t
@abdi.diribsa-qd3en6em6t 3 ай бұрын
Woow amazing ebbifami siinboo
@Atina450-gv3vc
@Atina450-gv3vc 2 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen waqqayyoo sii haa ebbisuu ebbifamii dhugaa bariikee haa ebbifamuu hadhokoo
@zxczxc3083
@zxczxc3083 3 ай бұрын
Wawo waqaayoo sii haa ebbisuuu ebbifamii darbii jiradhuu maqaa iyesusin amen amen ebbifamii
@user-vb5nv7kn1d
@user-vb5nv7kn1d 3 ай бұрын
Dhugaadha jete ebbiffami w/yyoo si haa ebbissuuuu simbo koo jiraadhu araraa fi affuraa w/yyoo keessaa jiradhu kun jaalqaba keeti itti fufiiii ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@GeteGarado
@GeteGarado Ай бұрын
qaxale much waqayoo ebifami ammeen
@MohaBiyansa
@MohaBiyansa Ай бұрын
Ayyaanni siifa haa baayatu 🥰🥰🥰🥰🥰
@BontuAmbo
@BontuAmbo 3 ай бұрын
Ameeeeeeeeeeeeeen ameeeeeeeeeeeeeen eleleeeeeleeleeeelee eleleeeeeleeleeeelee ebifami qaxaleko ogetikoooo ebifami waqayo baraf jirenya ke ha ebisu ebifami sinbo qabetiko ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@gizuutube413
@gizuutube413 3 ай бұрын
Ammmmmeeeeen Eebbifamiii❤
@tefal1237
@tefal1237 3 ай бұрын
Amen jabadhu ebifamii ebifamii siboo Ayanii waqayoo sinfi yabayatuu qaxalee mucaa yesuusii 🥰🥰🥰🥰
@user-td8ey3jx9t
@user-td8ey3jx9t 3 ай бұрын
Ameen 🙏🏼🙏🏼❤️ ebbifami dachaa 🥰😊😊
@user-kh9ou6kh2p
@user-kh9ou6kh2p 3 ай бұрын
Ameeeeeeen ebbifamii hadhoo koo ❤❤❤
@tesfayedinsa7888
@tesfayedinsa7888 3 ай бұрын
Ameen, Waaqayyo sihaa eebbisu, itti eebbifamneerra.❤
@Danielfikaduofficial
@Danielfikaduofficial 3 ай бұрын
Jabaadhu ayyanichi sirraa jiraa
@user-yb3ub8bq1e
@user-yb3ub8bq1e 3 ай бұрын
waqayoo sii haa Ebbissuu Ebbimii
@KenaTadese
@KenaTadese 3 ай бұрын
Eebbifamii dhugaa ajaa'ibaa....❤❤❤❤❤❤❤
@iftuu2554
@iftuu2554 3 ай бұрын
Ammeen Ammeen ebbifaamii simboo koo waqaayyoo baraf jireenyaa kee haa ebbisuu❤❤❤❤
@ODAATECHNOLOGY
@ODAATECHNOLOGY 3 ай бұрын
Simboo koo jabaadhu, qaxalee keenya from Tokuma
@user-ht7wl7uk1x
@user-ht7wl7uk1x 3 ай бұрын
Ebbifamii jabduu koo❤❤
@user-gq2hb5ey3t
@user-gq2hb5ey3t Ай бұрын
Ameeeen Ebbifaamii sinboo.koo waaqayyoo sii haa ebbisu♥️♥️♥️♥️🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏
@laila-jj2gy
@laila-jj2gy 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤Ebbifamaa gudaa waaqayyo ayyaana Nas calls sif haa dabaluu
@ShawuShumii
@ShawuShumii 2 ай бұрын
Ammeen naafii haa ta'uu.
@MeseratAdugnaLamessa
@MeseratAdugnaLamessa 3 ай бұрын
Simbo ayyana qabettikoo waqayyo kana cala si haa ebissuuu
@Seenuu501
@Seenuu501 3 ай бұрын
Sinboo koo Ebifaamtuu koo Ebifaamii Ayyanii dachaa siif gaa bayyatuu❤❤
@ZoneCell-yc1xs
@ZoneCell-yc1xs 3 ай бұрын
Simboo mucaa Kakuu Eebbifami. Kana cala Ayynni Waqayyo shift ha,tu ❤
@user-mk6wg9rk6b
@user-mk6wg9rk6b 3 ай бұрын
Uuuuuuuuffffffeeeeee mucaa yesus ebisee nufii kennee gara kenyaa akkaa siti boqote yesus siti haa boqotuu Ebbiiifffamiiiii 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@sifanisiraataa5977
@sifanisiraataa5977 3 ай бұрын
waqaayyoo baraafii jirnyaa kee aebisuu ebifamii dachaa❤❤
@Abonesh835
@Abonesh835 3 ай бұрын
Simboo koo waqayyoo saa Eebbisu Ebbifami haadhoo koo 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲👏🤦‍♀️
@megersatadasa3671
@megersatadasa3671 3 ай бұрын
Gooftaan sihaa Eebbisu jabaadhu
@GalmaTilahunofficial
@GalmaTilahunofficial 3 ай бұрын
Ameen ebbifami baayyee ajaa'iba seenaan ke. Hubadhu! Waaqayyo sihojjate, siwoliin hojjate, siif hojjata. Amma yeroo waaqayyo sihojjatu keessa darba jirta. Qodaan gaafa hojjatamu sadarkaa baayyee keessa darbe tajaajilaaf dhiyaata. Yeroon hojjatamuuf hojjatuu tokko miti. Waaqayyo akka nama miti. Jabaadhu ebbifami🎉🎉
@user-ml6gt4mq9p
@user-ml6gt4mq9p 3 ай бұрын
Ameeen ameeen ebbifamii dacha 🥰🥰🙏🙏🙏🙏
@LaaliseeBaqalaa
@LaaliseeBaqalaa 3 ай бұрын
Uuuuffffeee ebbifamii mucaa kakuu goftaako sii haa ebbisuu ebbifamiii haadhoooko 🙏❤️🙏
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 3 ай бұрын
Waaqayyoo barakee haa eebisuu eebifamtukoo ❤❤
@user-ec3mo4im3e
@user-ec3mo4im3e 3 ай бұрын
dhugadha ebifamii dachan Ameeeeen 😭😭🤲🤲
@user-pq3px4gm8n
@user-pq3px4gm8n 3 ай бұрын
Ebbifami dabaalee siif haa baay'esuu Ayyaannaa isaa goftaan koo. Jabaadhu
@DawitTeferi-kj8wx
@DawitTeferi-kj8wx 3 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen Dhugaa Yesususki
@lemabeka2317
@lemabeka2317 3 ай бұрын
Eebbifami Jabaadhu kanumarraa jabduu nama waaqayyoo
@user-ln8qv4bc1g
@user-ln8qv4bc1g 3 ай бұрын
Uuuuuuffee Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Ameen Amen Waaqayoo sifihaa ebisuu ebifaamii damakoo ❤❤❤❤❤❤
@Masaw-vo9tf
@Masaw-vo9tf Ай бұрын
Ameeeeen Ammmeeen Ameeeeen 🙏🙏🙏🙏 eebbifami sinbiyeee🥰🥰🥰💯🥰💯❤️💯❤️💯❤️💯❤️💯❤️
@35484
@35484 3 ай бұрын
Ebbifaamii bareeddukoo Bagaa waqayyoo ayyanasan sibadhasee goftta farffachun carraa guddadha!Baga gammadde! Hamma dhumaatti ayyanas sirraa hin fudhatiin! Jabadhuu
@lomitugirmaye8076
@lomitugirmaye8076 8 күн бұрын
eebbifami, ati kan obboolaa kee qofa miti galaa dhalootaati
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 3 ай бұрын
Ammmmeeen Ammmmeen Ammmeen ebbifamaa ♥️🙏📖
@beshadachala292
@beshadachala292 3 ай бұрын
Ebifamii dachaa dachaa mucaa waqayyoo ❤❤❤❤❤
@melakutube7872
@melakutube7872 2 ай бұрын
Waaqayyo si haa eebbisu kana caaalaatti itti fufi ❤
@suifgmbsi
@suifgmbsi 3 ай бұрын
Uuuuuffff ebifammii hodhoo koo❤❤❤❤❤❤❤
@user-vj3lp7rb7p
@user-vj3lp7rb7p 3 ай бұрын
ebbifamii dachaa qaalii koo ❤❤❤❤❤
@MirgisaEjeta
@MirgisaEjeta 3 ай бұрын
Uuuuuffee Eebbiifaami ayyaanniicha keessatti Hafi jiraadhu ❤❤❤
@Mererabiranu
@Mererabiranu 3 ай бұрын
Wow waaqayoon ammayyuu ayyaanasaa siif haa baayisu!!!
@TolesaAbishe-zi4rf
@TolesaAbishe-zi4rf Ай бұрын
Eebbaaf ta'ii hafi❤❤❤🎉
@DastaDasta-hl6ww
@DastaDasta-hl6ww 2 ай бұрын
Eebbifami hin qabamiin ayyaana isaa siif haa dabalu
@derabekaber6158
@derabekaber6158 3 ай бұрын
Ammeee Ammeee Ammeee Ammeee Ebbifamma Ebbifamma Ebbifamma Ebbifamma Ebbifamma Ebbifamma Ebbifamma Ebbifamma Ebbifamma Ebbifamma Ebbifamma Ebbifamma 🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
@LelisaHayilu-tb6bo
@LelisaHayilu-tb6bo 3 ай бұрын
Barri kee haa Eebisuu simboo Eebiifamii
@user-te3gr2fe4c
@user-te3gr2fe4c 3 ай бұрын
Waaqayyo baraf jirenyake haa ebbisu 🙏🥰🥰🥰
@DaanielArarsa
@DaanielArarsa 3 ай бұрын
Jabaadhuu jabduukoo waaqayyo sifaanaa hata'uu
@ugohamed545
@ugohamed545 3 ай бұрын
Ameeeeen Ameeeeeen jabadhuu jaduu mucaa kenyaa Ebbifamii baraa baraani❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@BedasaMegara
@BedasaMegara 6 күн бұрын
Simboo dhugaa guddaa eebiffami
@AshuMeseret-s1x
@AshuMeseret-s1x 18 күн бұрын
Sii inni dadhabaa lafaa kaasuu yesuus,sin aalu,sin aalu
@warqiinagakootiyesusyesus2107
@warqiinagakootiyesusyesus2107 3 ай бұрын
Uuffeeee ebbifammiiiiii❤❤❤❤
@user-xg8xh2so1c
@user-xg8xh2so1c 3 ай бұрын
Ameeeeeeen ameeeeeeeen ebbifamiiii❤❤❤❤❤❤❤❤
@BirhaneTola
@BirhaneTola 2 ай бұрын
Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen Ebifami Dacha dhuga waqayyoo simale jirchu dadahu
@user-xb1sb9tf1n
@user-xb1sb9tf1n 3 ай бұрын
Jabaadhu jabdukoo❤❤
@feebeenbiqila245
@feebeenbiqila245 3 ай бұрын
Ebbifami qaxalee koo 🥰🥰🥰
@dessegammachuun2171
@dessegammachuun2171 3 ай бұрын
Uuuuuuuuffeeeeeeeeèeeeeeeeeeeeeee wowwwwwwwww hundumaa isaa Dhaggeeffadhaa dhugadhaa jabbadhuu Qaxalee mucaa dibataaa
@user-pq3px4gm8n
@user-pq3px4gm8n 3 ай бұрын
Ebbifami simboo
@mohammadabbass4352
@mohammadabbass4352 3 ай бұрын
Ameeeeeen ebbifamii ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@Dinke-vu4ur
@Dinke-vu4ur 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤ebbifamii Ebbifamtu
@misganaadugna5472
@misganaadugna5472 3 ай бұрын
Hafuuricha irraa waan dhugdeef innuu gad si hin dhiisu.
@melkamubulti182
@melkamubulti182 3 ай бұрын
Simboo jabaadhuu waaqayyoo si"aa gargaaruu
@Laliitube-wp3um
@Laliitube-wp3um 3 ай бұрын
Ammmmeeen ebbifamii jabadhuu bayyee natii tola❤❤❤
@NardosTadese-el3pq
@NardosTadese-el3pq 3 ай бұрын
Ameen Ameen ebbifami simbo koo
@SelamawitSelamawitfurgada
@SelamawitSelamawitfurgada 3 ай бұрын
Amen amen amen ebhifamii
@user-te3gr2fe4c
@user-te3gr2fe4c 3 ай бұрын
Ameeeen Ameeen Ameeeen ebbifami waaqayyo sii haa ebbisu
@BiliseGirma-e3k
@BiliseGirma-e3k 2 ай бұрын
Ameen Ameen Ameen ebbifami baraakee hundaa❤❤❤❤❤❤❤❤
@rormam4440
@rormam4440 3 ай бұрын
Eebbifamii ❤❤ ammallee ayyannisaa siif haa baayatuu
@TeshomeBedada-er9te
@TeshomeBedada-er9te 3 ай бұрын
Ameen*3...anis si hin haalu YESUS!
@FeyisaDuguma-ct2dn
@FeyisaDuguma-ct2dn 3 ай бұрын
Ameen! Eebbifami Simboo.
SINGER  SIMBO HIRKO  #EL-ROHI
6:12
Simbo Hirko official
Рет қаралды 85 М.
SIMBOO  HIRKOO/FAANA KEE
5:42
Simbo Hirko official
Рет қаралды 64 М.
My Cheetos🍕PIZZA #cooking #shorts
00:43
BANKII
Рет қаралды 27 МЛН
PEDRO PEDRO INSIDEOUT
00:10
MOOMOO STUDIO [무무 스튜디오]
Рет қаралды 8 МЛН
FAYISAA KOO || FAR LIIDIYAA DERRESSEE
33:13
Ifa Fayina TV Official
Рет қаралды 16 М.
24 Aug 2024 _//GROUND REPORT _// Torbung kukiland Frontline
35:21
The KUKI MEDIA
Рет қаралды 10 М.
Faarfannaa Simboo Hirkoo kanaan eebbifamaa
8:09
Lemma Reggasa
Рет қаралды 2,4 М.
SUBSCRIBE LIKE SHARE GODHAA!!              SINBOO HIRKOO HAALA KOO
5:17
Argeera Media
Рет қаралды 18 М.
SIMBOOKutaa 1ffaa
23:06
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 124 М.
Tuni thusoh vang kalung naval🔥e uisu MLA ho
26:25
Tony Sangboi official
Рет қаралды 61 М.
Farfannaa kadhataa walitti fufaa
1:59:46
Ejere Chengere Full Gospel
Рет қаралды 193 М.
far sinboo hirkoo
16:08
BANTU TV 3617
Рет қаралды 25 М.
Akkamitti Farfannaa hojjette/f/tuu Simboo Hirkoo
17:47
DOONII MEDIA
Рет қаралды 26 М.