SIRNA GEGGESSAA PASTOR LOLAA MARGOOF ERGAMAA GEETAHUN IMMIRUU TAASISAN

  Рет қаралды 16,128

Ifa Fayina TV Official

Ifa Fayina TV Official

2 жыл бұрын

Warri Gara KZfaq Channel keenya dhuftan Subscribe godhuu hin dagatiinaa.
Toora Facebook keenya : TV Ifa Fayyinaa
Toora Telegram keenya : @IfaFayinatvchannel
Toora Tweeter Keenya : @ifafayina

Пікірлер: 92
@danielfeyisa
@danielfeyisa 2 жыл бұрын
Pasteriiyyee..... Waaqayyo gooftaankee sihaa eebbisu, Tajaajilakeetti baayeen eebbifama, baayeen itti boqodhaa. isa har'a haalli mijatee nutajaajilaa jirtu utuu hin taane isa bara ati lafa Onaarratti fellowship keenya mul'ata gudaadhaan geggeessaa turte, hojii waaqayyo bara sana karaakee hojjechaa ture yeroon yaadadhu waaqayyoon hedduun galateeffadha.
@ifadebela4949
@ifadebela4949 2 жыл бұрын
Eebifamaa nama waaqayyoo darbaa deemaa ammallee
@alemiamenou6580
@alemiamenou6580 2 жыл бұрын
Waaqayyoo gooftaan sii haa milkeessu poster lolaa. Waaqayyoo suurafi siimboon sii haa golguu waaqayyoo sii wajjiin haa ta'uu. Hamman sii hin argatiin,darbii deemii❤️❤️😍📖👈💒
@user-ih7yz8po3k
@user-ih7yz8po3k 2 жыл бұрын
Wwwwwaww Wwwwwaww Wwwwwaww Gooftaan Jaallala keessan dachaa siniif haa baay'isu Eebbifamaa Eebbifamaa ammoos darbaa deemaa Baay'ee namatti tola ❤❤❤❤👌
@adanulema7060
@adanulema7060 2 жыл бұрын
Waqayo duraa kessan haa darbuu paster🌹🌹🌹💐💐💐🌻🌻🌻🌻
@merrytoube8594
@merrytoube8594 2 жыл бұрын
Baay'ee wan nama boonsuf nama gammachisuudhaa waaqayyoo barakeessaan haa eebbisuu eebbifamaa
@ebbaa
@ebbaa 2 жыл бұрын
Pasteer Loolaan Waldaa naannoo keenyatti hundeessan bayyee nu tajaajilaa jiru Gooftan isaan haa eebbisu
@kenaameeeeeeeen.ameeeeeen6830
@kenaameeeeeeeen.ameeeeeen6830 2 жыл бұрын
Ammmmeeeeeeeeeen guuddaaa ebbiifaama nama waaqayyoo baarii keessani haa ebiifamu
@tmaniacell7446
@tmaniacell7446 2 жыл бұрын
Waaqayyoo guddaa siinaa Eebbisuu jalalaa akkasii waalittii agarsisuu keeaanif eebbifamaa
@abdiinjiraa9032
@abdiinjiraa9032 2 жыл бұрын
Waaqayyoo issan haa gageesu jireenyi issani Arkaa waaqayyoon haa Egaamu 🙏🙏
@askalechdegefabedane1896
@askalechdegefabedane1896 Жыл бұрын
Ebiifaam Ayyaan Waaqqayyoo Irraa Irraattii Siiyaa Daablaamuu
@robahuka4463
@robahuka4463 6 ай бұрын
Raajiyaa Waaqayyoo dachaa sii Ebbisuu.
@SammyGetachew
@SammyGetachew 6 ай бұрын
Waggaa lamattan har'a ilaale Boo'ee Waaqayyoo sinaa Eebbisuu❤
@birqiigalata1583
@birqiigalata1583 2 жыл бұрын
Waqayyoo isini ha hebisuu hebifamaa Saba waqayyoo ♥️♥️♥️♥️♥️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️❤❤❤❤
@ayyyaantuubaayisaa6732
@ayyyaantuubaayisaa6732 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen Ameen waqaayoo bara jirenya kesanii ha ebisuu
@jituyesus4813
@jituyesus4813 2 жыл бұрын
waaqayyoo isini haa ebbisu ebbifama dachani
@birubekele7712
@birubekele7712 2 жыл бұрын
Waaqayyo pastor lolaa haa eebbisu
@yesusjesus1694
@yesusjesus1694 2 жыл бұрын
Waqayyoo ayyana isattin isini duraa haa bu'uu paster 😭😭😭😭
@waqayoonagakotii
@waqayoonagakotii 6 ай бұрын
Ebifamaa fiitaa barabaranniii.dhugaa🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌
@karaadhugaa7160
@karaadhugaa7160 2 жыл бұрын
Ebbiifamaa goftaan sin haa ebbiisu namaa waaqayyoo 📖❤🙏🙏
@botuuoromo7389
@botuuoromo7389 2 жыл бұрын
Ameeen ameeen waaqaayoo siin haa ebsuu ebfaamaa 🥰❤❤🤲🤲🤲🤲🙏🙏🙏🙏
@chantamisocial2604
@chantamisocial2604 2 жыл бұрын
Ameen ameen ebbifamaa ebbifamaa hundi keessani
@uaekfn8560
@uaekfn8560 2 жыл бұрын
Ameen Ameen Ameen 🙏 ❤ dachaan ebbifama 🙏
@rajaasadrajaasad9672
@rajaasadrajaasad9672 2 жыл бұрын
ዘመናችው ይባረክ በጣም ደስይላል ፀጋይብዛላችው 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲👍👍👍👍👍💐💐💐💐💐💐💐💐👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌
@destatakala2766
@destatakala2766 2 жыл бұрын
Pastor Lolaa Margoo Ayyaanni isaa dachaa sif haa dabaalamu
@wellawella7764
@wellawella7764 2 жыл бұрын
Ameeen ebbifama waqayyoo bara jirenyaa keessan haa ebisuu ebifamaa
@destatakala2766
@destatakala2766 2 жыл бұрын
Wow Ebbifamaa Ergama Geetu isinis
@misgaaneefayyeera9410
@misgaaneefayyeera9410 7 ай бұрын
Namat toltuu dhugaa jallalii keessaan❤❤❤❤
@tsahaayiwaagari3632
@tsahaayiwaagari3632 2 жыл бұрын
Ameeeen waaqayo gooftan maaca siin haa ebiisu ebiifama hubaanaf oguumasa kaana caalaa siinif haa daabalu
@sifanmalaku2369
@sifanmalaku2369 2 жыл бұрын
Uuffe Amen Amen ebbifama
@waqaayoogaridha4901
@waqaayoogaridha4901 2 жыл бұрын
Uuuuuffff imammaan qabachuu dadhabee dhugaa waqaayoo eebbifamaa wan hundafuu😂😂😂😂😂😍😍😍😍
@kurrii4870
@kurrii4870 2 жыл бұрын
Maali.kolfttaa
@user-yj8of3qc4p
@user-yj8of3qc4p 2 жыл бұрын
Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa dachaa dachaan
@ayeetuushow
@ayeetuushow 2 жыл бұрын
Ameen ameen ebifaamaa waqaayoo isinaa milkeesuu
@yesuusgaachanakoo8184
@yesuusgaachanakoo8184 2 жыл бұрын
Goftaan siin wajiin haa ta’u Mul’atni keessaan kana irra maqaa yesuusin haa milka’u goftaan siin haa gaggessuu paster lolaa bayyee siin jaalanna ergama getus eebbifamaa eebbifamaa hundaa keessaan goftaan isiin haa milkeessuu darbaa dema📖📖📖📖📖✝️✝️✝️✝️✝️❤❤❤❤💌💌💌💌💌💌❤❤❤❤❤💌💌💌💌💌💝💓💓💓💝💝💝💗💗💗💟💟💟💟💖💖💖💕💕💕💕💖💖💖💖
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 2 жыл бұрын
Waaqayyoo duraa kee haa bahu haadhoo koo mulanni kee maqaa yesuusitin haa ebbifamu!!!!!!🙏🙏🙏📖📖📖📖📚📚📚💒💒💒💒
@muluuwarqi8112
@muluuwarqi8112 Жыл бұрын
😍😍😍👍💯 ebbifamaa ebbifamo koo
@imanekumaleephisamucaakaku5780
@imanekumaleephisamucaakaku5780 2 жыл бұрын
Ameeeennn ishooo dach Eebbifama ishoooo☦📚🍇🙏
@mohamefhgfff8091
@mohamefhgfff8091 2 жыл бұрын
shalom
@zeritu8501
@zeritu8501 2 жыл бұрын
Ameeeeeeen ameeeeeeen Eebbifamaaaaaaa uuuffff waaqayyo isaan wajin haa ta'u baay'ee isaani hin jalaadha uuuuffff 😥😥😥😥
@dinatabaja7436
@dinatabaja7436 2 жыл бұрын
uufff Ebbifamaa namatii toltuu dhugaa waqayoo issan haa ebbisuuu
@margeeyesuusiif4484
@margeeyesuusiif4484 2 жыл бұрын
Nuuf jiraadhaa 💓💓💓🙏
@maskaramidaraje3348
@maskaramidaraje3348 2 жыл бұрын
Amen Amen Amen
@mhratmhrat2201
@mhratmhrat2201 2 жыл бұрын
Ebifamaa
@bontuu.shashe3535
@bontuu.shashe3535 2 жыл бұрын
Haii ummata kanaa worra sheyxanni jallise subaanallha
@cgvb6766
@cgvb6766 Жыл бұрын
Tish wasaka
@astefikadu2184
@astefikadu2184 2 жыл бұрын
Ameeen ebifamaa
@alamiicatuu2027
@alamiicatuu2027 Жыл бұрын
Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeeen Ameeeeeeeeen 🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲
@mohamefhgfff8091
@mohamefhgfff8091 2 жыл бұрын
Amen amen amen
@abdiimame382
@abdiimame382 2 жыл бұрын
Ameeen ebbifama
@berhanebekele8621
@berhanebekele8621 2 жыл бұрын
Ameeen ebbifamaa 🙏🙏🙏
@wellawella7764
@wellawella7764 2 жыл бұрын
Ebbifamaa
@yesuusgargaaraakooyeroohun7641
@yesuusgargaaraakooyeroohun7641 2 жыл бұрын
Ameeeeeen Ameeeeeen Ameeeeeen 🤲🤲🤲👍👍💝💝💝🙏🙏😢😢👏👏
@danknishd3914
@danknishd3914 2 жыл бұрын
Ameen Amen Amen 🤲
@asharafsadeek232
@asharafsadeek232 2 жыл бұрын
Waaqayyo isaa Waliin ha ta'uu 🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♂️🙇‍♂️🙇‍♀️🙇‍♀️📖📖📖 Biyyaa isaa Demaa jiraa garuu ? Anii baay'ee bohee akkuma isaa Argee Bekku📖📖🌺🌺🌺🌺💐💐🌻🌻🌻🌻🌻🌼🌼🌼🏵🏵🏵🏵🏵💮💮🌸🌸🌸🌸🌸🌺🌺🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@bilisefiromsaa6518
@bilisefiromsaa6518 2 жыл бұрын
Ebbifama martii keessanu
@werkifwerki1014
@werkifwerki1014 2 жыл бұрын
Waaqayyoo addaaf moo'icha siniif haa kennuu milkaa'a 😥🙏
@abebchmolaeyesgofotdhaabeb4010
@abebchmolaeyesgofotdhaabeb4010 2 жыл бұрын
Waqqayyoo guda issan ha ebbisu uffffffffffe ebbefamaa
@ethiopiaethiopia-si1jl
@ethiopiaethiopia-si1jl Жыл бұрын
Ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen 💞💞💞💞💞💞💞🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@maseeamaya9844
@maseeamaya9844 2 жыл бұрын
Ameeeeeeennn ameeeeeennn eebbifammaaaaaaaaa eebbifammiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiii 📚📖✍✍👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙇🙌🙌🙌🙌🙌🙇🙇🙇🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@godisgood6848
@godisgood6848 2 жыл бұрын
Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen Ameeeeeeen ebbifama ebbifama ebbifamaa dachaan qulquulloota Saba gooftaa 💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓🙏🙏
@boqonagaariiiyesusmalehinj3820
@boqonagaariiiyesusmalehinj3820 2 жыл бұрын
ameen ameen📖📖📖😭☝
@oromiyaabiyyaakoo9715
@oromiyaabiyyaakoo9715 2 жыл бұрын
Ameeen ameeen ameeen
@unicelldoughman9018
@unicelldoughman9018 2 жыл бұрын
Goftan dura keessani haa bahuu
@kirstanumajirenya3389
@kirstanumajirenya3389 2 жыл бұрын
Ebifamma waqayyoo sin ha wbbisuu
@hirqheetasafayeetasafayee4181
@hirqheetasafayeetasafayee4181 2 жыл бұрын
Ebifamaa maqaa iyesusinii kirtosinii darabaa demaa
@masaretabdisa1890
@masaretabdisa1890 2 жыл бұрын
Waaqqayyoo goftaan bakaa demtaanittii isin haa milkrsuu. Isin waajiin haa ta'u
@barkhbeeekh6426
@barkhbeeekh6426 Жыл бұрын
Amenamen amen amen amen amen amenamen amen amen amen amen amenamen amen amen amen amen amenamen amen amen amen amen amenamen amen amen amen amen amenamen amen amen amen amen amenamen amen amen amen amen amen amenamen ebifamaa ebifamaa ebifamaa
@martahabtamuu2712
@martahabtamuu2712 2 жыл бұрын
Tarekuu
@YadenaYadena
@YadenaYadena 11 ай бұрын
Waaqqaayyoosinaebisuu
@maseeamaya9844
@maseeamaya9844 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuuufffffffffffffeeeeeee📚📚📖📖✍✍✍✍😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒💑
@meserettadasa4601
@meserettadasa4601 2 жыл бұрын
Baayyee siin jallanna pastor llollaa milka,aa
@sifanmalaku2369
@sifanmalaku2369 2 жыл бұрын
😥😥🙏😍😍❤
@user-zk9bx6re5p
@user-zk9bx6re5p 10 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@dirrootube8443
@dirrootube8443 2 жыл бұрын
Kan warra du,ee iyyuu Mata nuraa dhume Nama hojii waaqayyof deemu maalif Bo,uuree badee
@SHUMIGODA
@SHUMIGODA 28 күн бұрын
Aeeeeeeemeeeeeeeerrrrreeeeeeeheeeerrrrmeeeeeeeemeeeer❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😭😭😭😭🙆🙆🙆😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭🤲🤲😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😢
@mahmoudalotti7575
@mahmoudalotti7575 2 жыл бұрын
🙏🙏🙏🙏🙏🙏💔💔💔💔💔💔💔💔
@jifareriget8843
@jifareriget8843 2 жыл бұрын
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏ebifamaa
@JifuuoromiyaaBorgutal
@JifuuoromiyaaBorgutal 2 жыл бұрын
Ameeeeeeeeneeemeeemeeem🤲🤲🤲🤲🤲🤲💔💔💔👍👍👍🎤🎤🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏🙏🙏
@mergimergi2759
@mergimergi2759 2 жыл бұрын
Ayyani waqayyo isani wajini hatau
@user-yj8of3qc4p
@user-yj8of3qc4p 2 жыл бұрын
Milkkaaa'aa paaster keenya
@bontuu.shashe3535
@bontuu.shashe3535 2 жыл бұрын
Kkkkkkkkkk 🤣🤣🤣 malttu isin bochise mee 🤔
@kayobabufufa2094
@kayobabufufa2094 2 жыл бұрын
Fayyaa ta'aa! link koo kana immoo SUBSCRIBE naaf godhaa kzfaq.info/love/CBV4mO_SbiplyAcf1gXKyg
@sorsekteich9077
@sorsekteich9077 2 жыл бұрын
Ebbifamaa
@birukmule2871
@birukmule2871 2 жыл бұрын
Ebifamaa
@shopshopt6701
@shopshopt6701 2 жыл бұрын
🤝🏽👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👏🏻👍🏻
@haithamalbalushi8080
@haithamalbalushi8080 2 жыл бұрын
👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏❤❤waaqayyoo sii waajiin haa adeemuu .
Akuchita kusankha anthu omanga; Chilungamo kulibe ku police
10:42
Bakili Muluzi TV
Рет қаралды 6 М.
WHAT’S THAT?
00:27
Natan por Aí
Рет қаралды 13 МЛН
Scary Teacher 3D Nick Troll Squid Game in Brush Teeth White or Black Challenge #shorts
00:47
Clown takes blame for missing candy 🍬🤣 #shorts
00:49
Yoeslan
Рет қаралды 39 МЛН
ABJUUKEE JIRAADHU || ERGAMAA GEETAAHUN IMMIRUU
33:09
Ifa Fayina TV Official
Рет қаралды 1,3 М.
Luba Balina Sarkaa fi Haadha Mana isaan -Lalisa kena
5:07
Yaashaar Tube
Рет қаралды 38
Customer Care Sn2 Ep 12B
21:36
TRUST FILMS
Рет қаралды 25 М.
Barattoota Lakkuu Qabxii Olaanaa galmeessan.
12:05
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 40 М.
FAARFATAA ABIRAHAAM TARREE " NU ARGISIISTE WAAN OODAA " @ MANDI CRUSADE
18:27
Ifa Fayina TV Official
Рет қаралды 50 М.
NAN GOONE NAMA KOLFAA... || FAAR ABIRAHAAM TARREE
12:25
Ifa Fayina TV Official
Рет қаралды 89 М.
WHAT’S THAT?
00:27
Natan por Aí
Рет қаралды 13 МЛН