No video

Torbaan tokkotti qarshii Mil 1.5 argadhe Dr

  Рет қаралды 41,524

Risaa Media

Risaa Media

6 ай бұрын

Dr Nahoom Giruum Hakiima Walii galaa Hospitaala Phaawulos hojjetuudha, hojii tola ooltummaa irratti hirmaatee torbaan tokkotti qarshii Miliyoona 1.5 sassabuu danda’eera🙌🏼✊🏽
#Gammadaa_Show dhufee muuxannoo fi mudannoo jireenya isaa irratti waan hedduu dubbanne dargaggootaaf fakkeenya guddaa taha hordofaa🙌🏼✊🏽
#GammadaaShow

Пікірлер: 251
@aliyigena6959
@aliyigena6959 6 ай бұрын
Jabaadhu Gammada hojiin kee beyyee naati tolaa 🙏
@sinanjesus7155
@sinanjesus7155 6 ай бұрын
long live us Dr/N. Under God in times of trouble, he is the physician who reaches out to his people😍
@OdaaD430
@OdaaD430 6 ай бұрын
Such an impressive interview, thank you Dr. Nahom for sharing your story!!🫡
@awelhussen4856
@awelhussen4856 6 ай бұрын
Thank you so much for your kind words! It's always a pleasure to hear about the accomplishments of my former students succeed in their chosen paths. Dr. Nahom's accomplishments as a dancer, journalist, teacher, physician, and more are a testament to his passion, hard work and dedication. I am proud to have played a small role in Dr. Nahom's journey, and I wish him continued success in all his endeavors.
@tarekenyfekadu9168
@tarekenyfekadu9168 6 ай бұрын
proud of u Dr❤❤❤❤❤
@seidkamisee
@seidkamisee 6 ай бұрын
D.r nahum kanaa bayeen jaladhaa Atis Gamee jabadhuu❤
@haawiigammachu4398
@haawiigammachu4398 6 ай бұрын
Dr namaa gaarii waaqayyoo umurii kee haa dheeresuu gammada atis waan nuuf dheesiteef gaaltomii waa baay'ee irraa baranee jiraa❤❤
@Oro-bp2pt
@Oro-bp2pt 6 ай бұрын
Onneema koorran jaaladha dr koo umrii dheeradhu❤
@drnahomgirum1379
@drnahomgirum1379 6 ай бұрын
Marti keessanuu guddaa galatoomaa 🙏
@wakjiradano6158
@wakjiradano6158 6 ай бұрын
Dr Nahom jaalala uummata keerraa qabda we love you
@robelfikiru6613
@robelfikiru6613 6 ай бұрын
Waaqayyoo dachaan sii haa eebbisu Dr Nahom, Gammadaa Show 🫶
@mahmoudrawashdeh9151
@mahmoudrawashdeh9151 6 ай бұрын
dr nahom jalaatamma nama 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@chaltudasa761
@chaltudasa761 6 ай бұрын
ምርጥ ሰው ስወድክ Doctor yyy❤
@gobeburka5634
@gobeburka5634 6 ай бұрын
gammadaan show baay,ee natti tolee jiraa jabaa jabaadhu gammeee
@user-gf6qb1ki4e
@user-gf6qb1ki4e 6 ай бұрын
Mashallah mashallah ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@nebab427
@nebab427 6 ай бұрын
Good job Nahome. Proud of you.
@asfawn.beyene1200
@asfawn.beyene1200 6 ай бұрын
Baay'ee namatti tola sagantaan Gammadaa show! Dr Nahom nama jabaa fi fakkeenya gaarii tahe dhiheessuu keef galatoomi! Jabaadhu sagantaan kee hedduu jaalatamaa akka tahuuf akkasumaan itti fufi!!
@bifitubalina8596
@bifitubalina8596 6 ай бұрын
#dr Naahoom kan baayee jalaadha dhugaa nama teesigaabaa beekumsaa isaa suuta namaf ibsaa
@zumalazar9290
@zumalazar9290 6 ай бұрын
When we stand up together we can do everything . When we stood down a part we fall #Always stand up together forever thank you Dr and Gamme koo ❤
@sumeyagebewo1591
@sumeyagebewo1591 6 ай бұрын
Hojii gaarii yoo hojjatan/karoorfatan rabbiin nama gargaara jechuun isa kana. Rabbiin sababa keetiin lubbuu isiii oolchuun gammachuu guddaadha. Rbbiin rakkataa hunda sababa gaarii akkanaa kanaan haabaraaru. dhibamaa hhunda rabbiin akkuma isiitti haa fayyisu. Dr. atis rabbiin umrii dheertuu jiruu gaarii wajjiin siif haa kennu. Gammadhaan atis Doctora akkanaa kana dhiyeessitee Haala ture akkanatti ibsa itti kennisiisuu keetiinf galata argadhu, sababni isaas namni odeeffannoo kana hin dhageenye haala fayyaa miciyyoo tanaa kana akkanatti fayyuu ishii quba hin qabu. akkanatti fayyuu ishii kana namni dhagaye hin gammada. Rabbiin rakkoon namoota hundaatuu akkanatti furamtee rabbi nuhaagarsiisu.
@obsee2328
@obsee2328 6 ай бұрын
Wooow hojii gaarii🎉🎉❤❤🎉
@lomiamara9183
@lomiamara9183 6 ай бұрын
Wow nice 👍👍👍
@getachewjiru3263
@getachewjiru3263 6 ай бұрын
WOWWWWWW!
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 6 ай бұрын
Wow Welcome Dr Nahom❤❤
@user-ui5vq5kh6y
@user-ui5vq5kh6y 6 ай бұрын
Good job
@merartusakita7444
@merartusakita7444 6 ай бұрын
❤❤❤❤
@makiya976
@makiya976 6 ай бұрын
Isaani lachuu bayee jaladhaa dr nuohm kenaa galtomii qaalii Rabbiin sii haa eguu jabadhuu
@jituunagaasaa3609
@jituunagaasaa3609 6 ай бұрын
Dr kenyaa nuu jiraadha ❤❤❤
@sumesumaya5120
@sumesumaya5120 6 ай бұрын
Dr kabajama kenyaa 🥰🥰🥰🥰
@Oro-Ear
@Oro-Ear 6 ай бұрын
wow sanyii ofii
@freecell2840
@freecell2840 6 ай бұрын
ኦሮሚያ ሰዉ እኮሆ ፍቅር❤ ነዉ
@rebiramengistu3917
@rebiramengistu3917 6 ай бұрын
Dhugaa baay'ee nuuf galatooma Dr Nahom
@gudobekeie6801
@gudobekeie6801 6 ай бұрын
Wooww ❤❤❤ 👍👍
@Alam-cf7ku
@Alam-cf7ku 6 ай бұрын
Jabaadhu waaqayyoo kanumaa caala sii haa ciimsu
@ogdasf7978
@ogdasf7978 6 ай бұрын
Wowowo ❤❤❤❤
@ababodabalaa1170
@ababodabalaa1170 6 ай бұрын
Waaqayyoo si'i haa eebbisu ❤
@user-ug3le1fm7p
@user-ug3le1fm7p 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@seenafdisaasaa716
@seenafdisaasaa716 6 ай бұрын
Woww akkam irra naqaa Dr nahom
@Humblme
@Humblme 6 ай бұрын
Great Doc🎉🎉🎉🎉
@lelisehawas3503
@lelisehawas3503 6 ай бұрын
Abbaa mana koo Gara fulduraa Dr. Nahom ❤
@user-yk1iv6oh7t
@user-yk1iv6oh7t 6 ай бұрын
Kkkkk😂😂😂😂😂😂hawii gudaa qabdaa ini kotii harkaa koo jiraaaaa❤❤❤❤
@mullerwest7856
@mullerwest7856 6 ай бұрын
☝️
@MotiBayisa
@MotiBayisa 29 күн бұрын
Gammeen nam-jabaa oromoon qabdu ta,uu isaa quba qabachuu qabna ❤❤❤❤pls keep it up
@tayu22
@tayu22 6 ай бұрын
Dr jalalaa umurii nuu dherdhuu❤❤
@amanuellikasa3449
@amanuellikasa3449 6 ай бұрын
Doctorie😍
@dambalmedia
@dambalmedia 6 ай бұрын
Dr Nahoom🎉🎉🎉
@user-ux5zs7lh1e
@user-ux5zs7lh1e 6 ай бұрын
Dr baayyeen jaalladhu naa afferte Gammee. Galatoomii!
@ganniichannel6519
@ganniichannel6519 6 ай бұрын
♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥♥💋💋nufi guddaadha 🎉🎉🎉
@kuliyeejawar8935
@kuliyeejawar8935 6 ай бұрын
Long life Dr & gammee ❤❤
@TigstBirhanu-lg8ym
@TigstBirhanu-lg8ym 6 ай бұрын
Bagaa nagan dhufatan ❤❤❤❤❤
@user-vx7fr5oy6w
@user-vx7fr5oy6w 6 ай бұрын
Good job ❤
@saanyiiwaakoo9826
@saanyiiwaakoo9826 6 ай бұрын
Long life ❤❤dr.qaali
@mdoman986
@mdoman986 6 ай бұрын
Wowwww jajabadhuu Gammee hojiin baayee bareeda fi Baruumsaa of keessaa qaba ❤❤❤❤❤❤
@user-nz6uu8zr8t
@user-nz6uu8zr8t 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@ameralmukhaini9104
@ameralmukhaini9104 6 ай бұрын
Doctor nahomee.jabaa naaa❤️❤️❤️❤️
@sarrashalin7541
@sarrashalin7541 6 ай бұрын
Baae naamtii tola❤❤❤
@yomifkumsisabededa3469
@yomifkumsisabededa3469 6 ай бұрын
what a doctor daansii baay'ee danda'a dhugaa
@GadoTasisa
@GadoTasisa 6 ай бұрын
qophii bareedaa turee
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 6 ай бұрын
Wowwwwwww❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@muhamedsafi7325
@muhamedsafi7325 6 ай бұрын
👍👍👍
@selamtaxi3742
@selamtaxi3742 6 ай бұрын
Gammee bayyeen sin baribadaan turee dr/Nahomi fanaa sin arigachu gamddaa gammaa damidhaa arigachuni tadheefi
@tigistamanuel6237
@tigistamanuel6237 6 ай бұрын
Wow ❤❤❤❤❤
@dabalebonsa1138
@dabalebonsa1138 6 ай бұрын
Galatoomi Dr keenya!
@fenitolesa8022
@fenitolesa8022 6 ай бұрын
Dr Nahom luv u more...
@user-zk4zq8vg6r
@user-zk4zq8vg6r 6 ай бұрын
Dr ❤❤❤❤❤❤
@madenaahirpo
@madenaahirpo 6 ай бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰dr halatoomaa
@esayasetana1806
@esayasetana1806 6 ай бұрын
Good job dr nahomi ❤❤❤
@hkkioi1511
@hkkioi1511 6 ай бұрын
Jabadhuu
@sinboneeamboo1053
@sinboneeamboo1053 6 ай бұрын
❤❤❤🎉🎉wawooo Jabadhaa
@user-gq9zk2id7x
@user-gq9zk2id7x 6 ай бұрын
Oromoo koo akaa itii isin jaladhu ❤❤❤❤❤❤❤
@dhibeewagari6211
@dhibeewagari6211 6 ай бұрын
Dr nahom ❤❤❤❤gammada❤❤❤❤
@najetinagasa8477
@najetinagasa8477 6 ай бұрын
Wowww Gammadaa please yeroo itiin anuufi Dr belayna lata Arsii lixa irraa nufii dhiiheesi nama ajja.ibaati❤
@obsaantube7880
@obsaantube7880 6 ай бұрын
Jabaadhu gammee
@Arismantube
@Arismantube 6 ай бұрын
❤❤❤gammee nuuf jabaadhu
@Galane-nr3pz
@Galane-nr3pz 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤nufi jiradha,qomoo kooo
@alfiyadenko9679
@alfiyadenko9679 6 ай бұрын
Dr❤❤❤❤❤❤❤
@asiyaogatu4977
@asiyaogatu4977 6 ай бұрын
Dr nahomif game isin lachuu isin jalanaa isin kabajinaa ❤️❤️
@kumamulessa6440
@kumamulessa6440 6 ай бұрын
Long life and healthy for both of you
@lokoorolokooro2985
@lokoorolokooro2985 6 ай бұрын
Dr❤
@leilseleilese346
@leilseleilese346 6 ай бұрын
Welcome qaaliiwwaan keenya 🥰🥰🥰
@user-rj6jv7ou8h
@user-rj6jv7ou8h 6 ай бұрын
Nahoom lubbuu lv u
@user-pq3rc5lc8o
@user-pq3rc5lc8o 6 ай бұрын
Wwoo❤ dr Nahom ❤
@burtukanasefa6069
@burtukanasefa6069 6 ай бұрын
Wooww Waaqayyo Si Haa Eebisuu❤
@soliyanachalaa4397
@soliyanachalaa4397 6 ай бұрын
❤❤❤🎉Dr
@sabelfayeza9921
@sabelfayeza9921 6 ай бұрын
❤❤❤
@mahmoudrawashdeh9151
@mahmoudrawashdeh9151 6 ай бұрын
Baga nagaan dhuftaani❤❤
@masaramasara1595
@masaramasara1595 6 ай бұрын
Jabadhuu jabaa kenyaa ❤❤🎉🎉
@suleman_show
@suleman_show 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@AyanooYaamii-sz6fo
@AyanooYaamii-sz6fo 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@gudisakefeni3920
@gudisakefeni3920 6 ай бұрын
Dr qashti kanaa ❤
@TigstBirhanu-lg8ym
@TigstBirhanu-lg8ym 6 ай бұрын
Wwww ❤❤❤❤
@DawitEjetaa-es7fu
@DawitEjetaa-es7fu 6 ай бұрын
❤❤❤❤❤jabadhaa sabaa keenyaa❤❤
@user-dp6gt1pk6c
@user-dp6gt1pk6c 6 ай бұрын
Galatoomi Dr Nahom.
@kumsayusuf
@kumsayusuf 6 ай бұрын
Naahoo jabaa keenya
@fenet1433
@fenet1433 6 ай бұрын
Dr❤❤❤❤❤
@user-fg7tj6np4w
@user-fg7tj6np4w 6 ай бұрын
🥰🥰🥰🥰
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 6 ай бұрын
Nooraa harka fuune Ani ha dhufu ❤️💚❤️
@almaztwsfa6903
@almaztwsfa6903 6 ай бұрын
Jabadha lammi Koo namatti toltu❤❤❤
@user-hs8ej3xx3s
@user-hs8ej3xx3s 6 ай бұрын
Nuf jirradhaka qaliiwaan kenyaa❤❤❤
@user-pg3gj3vb9k
@user-pg3gj3vb9k 6 ай бұрын
Ministeera fayyaa keenya gara fuulduraa🙏
@shaleelhashem6695
@shaleelhashem6695 6 ай бұрын
❤️❤️❤️❤️🙏🙏🤲🤲💐💐👍👍
'Waliif   dhaabbachuun   hedduutu afaan boollaarraa  baraarame' keessummaa Waamaraa,Dr.Naahom Girum.
37:10
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 5 М.
Викторина от МАМЫ 🆘 | WICSUR #shorts
00:58
Бискас
Рет қаралды 6 МЛН
Fast and Furious: New Zealand 🚗
00:29
How Ridiculous
Рет қаралды 48 МЛН
Kind Waiter's Gesture to Homeless Boy #shorts
00:32
I migliori trucchetti di Fabiosa
Рет қаралды 5 МЛН
የአዲስ አበባ ጥብቅ ደን | ዱካ
29:18
AddisWalta - AW
Рет қаралды 392
Anaadhufu: Obbo Mansuur Jamaal
46:43
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 175 М.
Waanan Mootummaa mormeef Muumichi Ministeeraa na badhaase!!
47:00
Qaanqee Show
Рет қаралды 34 М.
የቃሌ ቃል - Ethiopian Movie Yeqale Qal 2023 Full Length Ethiopian Film Yekale Kal 2023
1:31:05
Netsebraq Media - ነፀብራቅ ሚዲያ
Рет қаралды 48 М.
Aartisti Adam Haaruun maaliif akkanatti Boo'an?
1:09:23
Qaanqee Show
Рет қаралды 39 М.
EGEREE COMEDY: MATAA GADI QABACHUU
11:37
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 281 М.
Викторина от МАМЫ 🆘 | WICSUR #shorts
00:58
Бискас
Рет қаралды 6 МЛН