Videio waliin uf waraabe 🙂 Odoo sitaate maal goota me? Reeffa Oorru keessati arge.Sadarka kanarra ge

  Рет қаралды 23,849

abdu mobilapp

abdu mobilapp

Ай бұрын

Пікірлер: 137
@HamidMamee
@HamidMamee Ай бұрын
Abduu wanni kuni Saudi Arabia iddoo waadii dawaasir jedhamtu sanitti wallaahi ijoolleen oromoo nama afur shaniin itti tabatanii darbaa turan wallaahi rabbiin waan dhokotee ifatti baasuufi jadheen yaada
@Suusiyye
@Suusiyye Ай бұрын
Hanga gama rabbii keenna deebinutti xiqqeenni kuni nurra hin kau rabbii raahmata ufii nuu haa godhu
@fatumaafatumaa6666
@fatumaafatumaa6666 Ай бұрын
dhugaa Rabbii wontii namaa hedduu namaa dhibaa anii yeroo mucaa kan irraatti dullaani arguu sanii silaa osoo wontii akkaanaa naa mudaate akkaam godha jedhii debbii ofii kennuu dadhaabe Caadhisuf lubbu Namaatti dubbaachufi Namni dubbii namaatti gargaalchani situu ajjeesse jedhani namaatti dullaani
@bbbbjjjj5979
@bbbbjjjj5979 Ай бұрын
Amiin rabbii haqasi habasu
@didaaatube1578
@didaaatube1578 Ай бұрын
Mashalaa yanii kee bayee yadaa bilchatadha anii vidiyo atii hujatuu maraa Walhii sirtii dhagefadhaa ibsii atii gotuufii sutaa tarkafchuun kee bayee natii tolaa rabii oromoo teen ta oduuf jarjartuu tanalee rabii ha qajelchuu dubii hafrsuu nam jaltuu jiraa cafii qabee figaa oso hagaa dhumaatuu dhageftee hin fixiin tafsiraa keen rabii walaluumar bekuumsa nuu ha keenuu silee rabii barumsaa adunyaa akiraa hin dhumanee dabalee dabalee sii ha keenuu
@nasruusamsung1033
@nasruusamsung1033 Ай бұрын
Wallahi ani akka nama tokkoti mucan kuni baadi takkalee kan qabu nati hin fakkatu inni akkuma nama tokko garaa lafee warrabe malee osoo akkana sa'e hin warrabu ture Yaa ummata kenyaa dili nama irraa hin dhiqatin wallahi mucan badi hin qabu dhisa yoo rabbiin sodatan Mee mucaan kuni maali badin isaa maalif himatadha mo malii??
@MuazAhmed-ym1mw
@MuazAhmed-ym1mw Ай бұрын
Subhaanallah wanti jedhanuu nama dhiba
@user-kx5hh9wj9c
@user-kx5hh9wj9c Ай бұрын
Subhanallah 😢 subahanallah dhugaa 🤲🤲🤲🤲
@murtee
@murtee Ай бұрын
Subahaanallaa Rabbi nuhaa sattaru
@carcarorotube0984
@carcarorotube0984 Ай бұрын
Abdu wanni kun hangam akka dhugaa soba tahuu kan beeku rabbiitu beeka namni kaan zannii namatti bada akkanumatti osoo waa hin hubanne isaatu itti tabate ja,an san rabbiitu beeka garuu haa tahuu silaa warruma isaani sabbarsiisani karaa seeraatin laalamee wayya haa tahuu garuu ilmaan oromoo tahee kan Ethiopia guutu karaa gaara sawudii kanatti akka isaan tahaa jiran namni arkee isii irraa hin iyyu osoo inni lubbuu qabuu dhiisanii biraa deeman nama million ni gaha namni karaa gaara sawudii kanatti dhume oromo irraa qabii lammiin etiho 😢
@bulee_show11
@bulee_show11 Ай бұрын
Saah brother 😢
@YasribAbabiyaa
@YasribAbabiyaa Ай бұрын
Subahan Alah Yaa Rabbi koo 😭😭😭😭
@FatimaEthiopia
@FatimaEthiopia Ай бұрын
Subahanalah yaa.rabbii kiyyaa 😭😭🥺💔💔🖤🖤
@tasfayyazo3797
@tasfayyazo3797 Ай бұрын
Rabbiin haqa ishii haa barbaadu 😢😢😢😢😢
@user-iy2gn9ss4t
@user-iy2gn9ss4t Ай бұрын
Inni lillaah waa Inni Ileehii Raaji'uun😢😢😢😢😢😢Amiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiin Amiiiiiiiiiiiiiiiin Eeyyee dhugaa keetti yaa Rabbii nuuf birmaadhuuf
@zeynabaabdulahi2477
@zeynabaabdulahi2477 Ай бұрын
Ya Allaha ya nama keyna wa gubanee
@user-wi8gm2ip2n
@user-wi8gm2ip2n Ай бұрын
subanallaah dhugaa keetii Abduu 😢😢😢
@tasfayyazo3797
@tasfayyazo3797 Ай бұрын
Yaa waqayyoo nuuf araraamii maloo 🤲🏻🤲🏻☝😢😢😢😢😢
@galaaneetuffa8665
@galaaneetuffa8665 Ай бұрын
Dhugaa keeti, namni tokko tokkoo, wonta homaa beeku hinfakkaa tan , baayyee nama suruura!!😊
@tememamusa4762
@tememamusa4762 Ай бұрын
Wallaahii rabbii namaa haa erguu 😢😢😢😢😢
@HananTube-ee2sx
@HananTube-ee2sx Ай бұрын
Subahan Alah yaa Rabbi 😢😢😢😢😢😢uuuuuuuuuuffffffff
@Suusiyye
@Suusiyye Ай бұрын
Ana osoo tahe itti hin dhiyaadhu booda sittu ajjeese naan jetti oromoon Miskinaa mucaan freshiii wahitii warraxame harkuma ufiittin 😢
@naseemasaif1945
@naseemasaif1945 Ай бұрын
Yaa rabbii koo duaa koo biyaa kotii 😢😢😢😢😢😢
@SmilingBigWaterfall-ne9tt
@SmilingBigWaterfall-ne9tt Ай бұрын
Subhaan Allaah 😢
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 Ай бұрын
Hanga Yoommitti Oromoo Duaa isaarraa Duhaa Ya Rabbi maloo sabaa Kanaaf Birrma dhuu😭😭😭🤲🤲☝️☝️❣️❣️ Translate to English
@zubayda.mzubayda2037
@zubayda.mzubayda2037 Ай бұрын
Mucaan faayakumma ufi warabee ammoo warrii mucattu ajeesse jetan rabbi sodadha waan ijaan hin argin tokkoo 😢
@meseoroyoutube287
@meseoroyoutube287 Ай бұрын
Wayyooo maatii ishee gafaa arigaa nasuu isanii😢 ayyiii
@ummiisufiyaan5554
@ummiisufiyaan5554 Ай бұрын
subahan allaah 😢😢😢😢😢
@SomoIya-qh7jz
@SomoIya-qh7jz Ай бұрын
Yooyaa gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰💖💖❤️❤️💞💞💕💕👍💯☝️
@Sadiabdirahman
@Sadiabdirahman Ай бұрын
Innaan illaahi wa lnnaahi rajii,un rabbiin rammata hagodhuf
@keyrimafiTube
@keyrimafiTube Ай бұрын
Wallahii mucan miskinaa homa balesinee wallahii ini nama iti bar aduf warabee garuu rakon gara isaa demee
@oromiyaabiyyakoo2260
@oromiyaabiyyakoo2260 Ай бұрын
Subanaallaah Allah Subanaallaah Allaah Subanaallaah Allaah 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@mafa2217
@mafa2217 Ай бұрын
😢😢😢😢 rabbiin hojii isaa haa keennuf 💔💔💔💔💔
@ayishaayisha5915
@ayishaayisha5915 Ай бұрын
Subbani Allah obolessi isitu dubate jira mucani arsi arge worabnani umani isatu ajesse jedhanin garu akkasi miti kaa birati dute esuma isiti jedhe obolessi isitu awalatu henna jedhe kanafu da'ima dute rabbii janatani haa gamachisu 😢😢
@ZobaydaZobayda-kj8dw
@ZobaydaZobayda-kj8dw Ай бұрын
Ammiiiiiiiiiiiin
@AhamadAdaam
@AhamadAdaam Ай бұрын
Rabbin dhugaa hin bekka haa basuu
@user-arefat
@user-arefat 14 күн бұрын
Mucaan kun baay'e gara na nyaate wallah
@abdullahamin5331
@abdullahamin5331 Ай бұрын
1:36 😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@warqiicaalaa4648
@warqiicaalaa4648 Ай бұрын
Waqaayoon hin argaa dhugaa micaayoo tana dhugaa amaa argata kan Ishii ajese
@SamiraUsuman-ei4eh
@SamiraUsuman-ei4eh Ай бұрын
Wly dhuagaa Raabbii misikainuma issa worabbe😂😂😅😅
@zubaidamoktar6083
@zubaidamoktar6083 Ай бұрын
Uuuuuf Yaa Rabbi😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@smeramohemd3532
@smeramohemd3532 Ай бұрын
Dhuggaa kettii Abduu ko seffaa Asumrti barnee😢😢😢
@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk
@SabonatuArsiiMunneessaa-rn6nk Ай бұрын
Sila ufii ajese akkamii video worobee gadii dhisaa sila
@HbdHhd-uz2sm
@HbdHhd-uz2sm Ай бұрын
Atii wahi saudi hin betuu nani polis tii dawale mana hidhati hin bahu Etophiyaa mitii serisi badudha
@rabia1287
@rabia1287 Ай бұрын
Aswrwb Abduu dhiifma waliin Atii yeero miidiiya irtii duubtuu mallif sallma hiijene ollumaa kaate hsuu biichaadha???????❤❤❤
@Foziyah2024
@Foziyah2024 Ай бұрын
Woyoo caraa kenyaa😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@Torbitube
@Torbitube Ай бұрын
Abbaa Reeffaaa
@YusufMahmad-ym4fw
@YusufMahmad-ym4fw Ай бұрын
Amiiiiiiiiin
@user-kx4mn6mf4x
@user-kx4mn6mf4x Ай бұрын
😢😢😢
@MariamAbu-dj9uw
@MariamAbu-dj9uw Ай бұрын
Dhugaa ketii 😢😢😢😢😢😢
@user-fv8jh4oz3k
@user-fv8jh4oz3k Ай бұрын
❤🎉🎉
@Mohammad-saaniiYuuyyaaUttee
@Mohammad-saaniiYuuyyaaUttee Ай бұрын
Waan kana kan addaa baasu qorannoo motummaan godhuun adabaasa
@user-le1qq7cr8e
@user-le1qq7cr8e Ай бұрын
inalilahi winailyihie rajiun
@sumayafiqiri
@sumayafiqiri 27 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@user-uh5iu8uc2d
@user-uh5iu8uc2d Ай бұрын
😢😢😢😢
@user-fr4in9gu1k
@user-fr4in9gu1k Ай бұрын
Hayii oromoo Yomuma walirraati dulu dhisinaa Mucaa misikina kanna irraati Follow gudifachufi jechaa wocii sillaa arge akkamiti biraa kutta yoo saren nyate woyaa refaa nama 😢😢😢😢
@fatumalami
@fatumalami Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@Muldhisaa11
@Muldhisaa11 Ай бұрын
Galmmee Seenaa Gootota Araa keessa waan jiru, keesattuu Gootota akka Umarul- Muktaarfaa, Jaal Abdu Naasifaa, Wanni keessa jiru, Namni biyya ofii itti Roorrisee haqa isiin irraa qabdu dagate Balaa gara garaatif Roorroo gararaattu taan keessaa bahu taanttu isa mudata jechatu keesatti galmmeeffama qaba, tun amma Oromoo harkkaa qabddii Dhalaa Mana keessaa bahu'uun hin malle tan hegeriin biyyaa irraa Oomishamttu ilmmaan horuudhaan biyyaa baatee, dargaggooni silaa Biyya ijaaran biyyarraa bayanii amma Rakkoon gara garaa biyya namaa keesatti isaan mudataa jirti.
@Abebisg
@Abebisg Ай бұрын
Uuuuuuuuf.malii.nuu wayaa.garuuuu.yaaa.rabii.maloo😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@hanuna892
@hanuna892 Ай бұрын
For sure kan ajese oromuma tari jarsa tahu or qadhima isi tayu dandaha gize fedhan asidi waliti naqan yero fedhan wal ajesan
@user-zj1tv8gh3e
@user-zj1tv8gh3e Ай бұрын
😢😢😢😢😢
@maakkiyaaabdii9210
@maakkiyaaabdii9210 Ай бұрын
Uuuuufiiiii😢😢😢😢😢
@Mirqansashow
@Mirqansashow Ай бұрын
As wr wb
@mekiyaduri8380
@mekiyaduri8380 Ай бұрын
dhugaa jetee
@abubekerdine7410
@abubekerdine7410 Ай бұрын
Iniinuu harka khesaa qabaa maliif baadaa inii shurxaf akkaataa ittii arkee himuu qabbaa
@kamalzaynedin4731
@kamalzaynedin4731 Ай бұрын
laki ini dhuga qabaa akakesaniti hin lalina biyatu refi dhokata jira nami iqama hinqabne dhuga qaba
@user-py3xe8bz7t
@user-py3xe8bz7t Ай бұрын
As, wr, wb💕💕💕💕💕❤️❤️🌹🌹🌹🌹
@bajootamameofficial
@bajootamameofficial Ай бұрын
Mucaan kun argee dubbachuun badiidha namnii jettanii?
@AguareeAgua
@AguareeAgua Ай бұрын
😭😭😭😭
@Ase-fi6qh
@Ase-fi6qh Ай бұрын
Raabbi Kan dhuga bekuu
@SamiraAmery
@SamiraAmery Ай бұрын
Boni
@SamiraAmery
@SamiraAmery Ай бұрын
😂
@LvGj-nq7ms
@LvGj-nq7ms Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@user-fs2wc4ct2l
@user-fs2wc4ct2l Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@KingAbbajifariJimmaa
@KingAbbajifariJimmaa Ай бұрын
Ofi isani Ajjesani😢😢😢😢 yona qarishi fa arka fudgani daimati taphatani ha qabamanu Arabini wani akkasi hin godgani biya isani ta.u jira
@CellPhonica-ww7mk
@CellPhonica-ww7mk Ай бұрын
Itala oromoo ta,uu Akkmi beke gafii nati ta,ee😢😢😢
@nasradiinjamaal1989
@nasradiinjamaal1989 Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢
@ElfuAsrat
@ElfuAsrat Ай бұрын
😭😭😭😭😭😭
@user-th7dp1xr8o
@user-th7dp1xr8o Ай бұрын
Miskiina mucaan garaa laafumaan yeroo hunda gaarin ta,u😢
@SamiraAmery
@SamiraAmery Ай бұрын
Boni 😂 4:04
@HuseenMed
@HuseenMed Ай бұрын
Miyyoo walitti daddabarsanii gudeedanii ajjeesan.😢😢😢
@Mohammad-saaniiYuuyyaaUttee
@Mohammad-saaniiYuuyyaaUttee Ай бұрын
Osoo mucaan Kun ol basuu baatee miciyoon tun akkamiitti mulaati
@GalaneloveGalanelove
@GalaneloveGalanelove Ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@AmiinUmar-tq8er
@AmiinUmar-tq8er 28 күн бұрын
😭 😭 😭 😭
@kareemhashem5391
@kareemhashem5391 Ай бұрын
😭💔
@hawwiifufaa2680
@hawwiifufaa2680 Ай бұрын
Uuuuuufffff😭😭😭😭
@MucaaArsii
@MucaaArsii Ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@MakidaKadir-b7f
@MakidaKadir-b7f 8 күн бұрын
Yoomiiyi du,utee
@user-ik8el2pq6x
@user-ik8el2pq6x Ай бұрын
😢😢😢😢😢😢❤❤
@abushabush636
@abushabush636 Ай бұрын
Uuuuffffffff
@AadanmaxamedXuseen-xb2pm
@AadanmaxamedXuseen-xb2pm Ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@hundebaddabaale
@hundebaddabaale Ай бұрын
Akka nami tokko jedhutti otoo daldaaltonni dabarsan polici argee irratti dhukaase jennaan rasaasi isiirra buute kalee dhahamte duute sana booda warri dallaaltotaa ofirra darbanii ofiif baqatan jedhama
@belalabo9945
@belalabo9945 Ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭
@mahamadjimma9937
@mahamadjimma9937 Ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@HalaHala-qo6xh
@HalaHala-qo6xh 25 күн бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@jaafarmahammed3991
@jaafarmahammed3991 Ай бұрын
Baki dhaloota isi anaa jarsoo mabara kooraa mixee ganda dhadoo jadhama rabin ramata ha godhuf
@jaafarmahammed3991
@jaafarmahammed3991 Ай бұрын
Gogin hararge baha ana jarsoo laga mixee
@user-lm5vy7zc9o
@user-lm5vy7zc9o Ай бұрын
Mucaan balleessaa qabuu
@user-bt5bp8ln2t
@user-bt5bp8ln2t Ай бұрын
Oromo taa uu ishi maati beekee
@TimiraaAmnahaji
@TimiraaAmnahaji Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤🎉😢😢😢😢
@TimiraaAmnahaji
@TimiraaAmnahaji Ай бұрын
Aswrwb abdu❤
@KhadijaBd12
@KhadijaBd12 Ай бұрын
Mucaa hedduun dinqqisiisadhe
@user-ir1wy9nd8s
@user-ir1wy9nd8s Ай бұрын
መፍጠረየስጠለልየረቢህ😢😢😢😢😢
@naimahussein418
@naimahussein418 Ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔😭💔
@robaoddaa2362
@robaoddaa2362 Ай бұрын
Galatoomii obboo Dhigaa namati miti Dhiggaa bineesatuu Oromon Biyaa iti ukamsse’e dhooyssa akaa bineesileen arke’e hin gadoodne’e Walhii zamanaa ajaaibaa keesaa jiraa Ya raabii nubassii Ilmii namaa bineesaa gadditi gatti dhaabaa jiraa Jaranii Yaboo misskinuman dilii ykn cuubuu mitii Malif biyumaa teesaan kessati Nagyan hin jiraane’e…?? Ya oroomoo Raabin najaa nubassaa
Looks realistic #tiktok
00:22
Анастасия Тарасова
Рет қаралды 105 МЛН
Nastya and SeanDoesMagic
00:16
Nastya
Рет қаралды 18 МЛН
Best KFC Homemade For My Son #cooking #shorts
00:58
BANKII
Рет қаралды 59 МЛН
Qophii Ijoollee - Taariikuuf Naafii Jiraaf Gudaan waliif maal??
27:34
ALANGEE - Dhaaluudhaaf eenyutuu mirga qaba eenyutuu mirga hin qabne?
47:56
keessummaa Yeroo Jaalalaa- Ijjigaayyoo Fiqaaduu
26:35
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 75 М.
Haacaaluu waliin firummaa qabduu?  Faar. Solomoon Alamuu
28:58
Qaanqee Show
Рет қаралды 110 М.
Slow motion boy #shorts by Tsuriki Show
0:14
Tsuriki Show
Рет қаралды 8 МЛН
Дымок или Симбочка?? 🤔 #симба #симбочка #mydeerfriendnokotan
0:19
Симбочка Пимпочка
Рет қаралды 2,5 МЛН
Роналду совсем другой! 😱
0:45
КиноСклад
Рет қаралды 9 МЛН
Задержи дыхание дольше всех!
0:42
Аришнев
Рет қаралды 2,3 МЛН