Walola wagga 3 ture sheekkotii keenna har'a kuno..sababa isaani godinaan walqooduun cubbuu guddaa tu

  Рет қаралды 16,426

abdu mobilapp

abdu mobilapp

2 ай бұрын

Пікірлер: 86
@makiyahaji2923
@makiyahaji2923 2 ай бұрын
Alhamdulillaah Alhamdulillaah baga Rabbiin sheeyxaan jiduu jarattii basee obboolleeyaan lamaan wolittii Araraman . Garuu gaafii kan naaf ta'uu isiin olomaa'iin ummata dura worraa dhaabatuu osoo namni islamaa tokkoo wol-dhabee guyyaa sadihiin alatii wol-dhabiin hiinjiru jetanu isiin irraa dhageenu maliif waggaa sadii geessaan nutii wolalaan akkaa koo maal isiin irraa barana. Abduu baga wajjuumaan gamane galatoomi.
@Zahara-di2rv
@Zahara-di2rv 2 ай бұрын
Mashala Wan baredu Nufi fide Jabadhu Anile .Yeroo uhnda Sin Ordofaa !!!!
@na3emana3ema83
@na3emana3ema83 2 ай бұрын
Alhamdu lillaah ❤ jalqabumayyuu isaan araaramuun beekamadha nama diin rabbii beeku waan ta'aniif eessayyuu walin geessan❤warri ajandaaf jecha jidduutti afarsaa ture eessa seena amma🎉
@faxumaahassan7272
@faxumaahassan7272 2 ай бұрын
Alhamdulilah ❤ Saluu allh nabii sallallahu Aleyhi wassallam ❤ Masha Allah tabarakallaa ❤
@sumayyaaahmed9973
@sumayyaaahmed9973 2 ай бұрын
Alhemdullilahi rabbiil Aalamiin bagaa Rabbiin Walittii nuuf Araarisee Hayyoottaa teenyaa Urjiiwwaan teenyaa Rabbiin Umrii isaanii nuuf haa dheresu😢 ❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@iqlimaamme6870
@iqlimaamme6870 2 ай бұрын
Alhamdulilah Alhamdulilah Masha Allah jzk
@Abdulaziz-kj9ss
@Abdulaziz-kj9ss 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤maashaalh bagaa raabii waliti isa owafii godhan maashaalh maashaalh
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤❤❤ yaadii argii Komii koo Obboleeyyan lamaan gibee wal loltee Ust Jamaal Aliiyyi Aswrwb/yooyyaa Ust Gaazalii Abbaa Boor Alimoonnii 4kilo yuniversity wal'ansaa Jenneeraa arraabsuun dubbiifi bultiinis Gaaddisaa Gurriis Eegumsaa Ust Ana's First dhiifamaa Dr team at anytime
@MohammadAlli-lw6zw
@MohammadAlli-lw6zw 2 ай бұрын
Dhugaa jette abduu alhamdulillaah baga araaraman
@munirahafiz1242
@munirahafiz1242 2 ай бұрын
Alhamdulillah❤❤❤ Kanas ta'e sana akkii inni ittii dubatte sirrii mittii dhugaa dubaachuuf
@Johara-oz8hh
@Johara-oz8hh 2 ай бұрын
Al hamdilillah Wly hedduu takka gammanne arra akkuma dhihoo kana baayyee rifannetti❤❤❤
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 2 ай бұрын
Wle come Abdii 💖💚💖💯
@ImaamAbdii793
@ImaamAbdii793 2 ай бұрын
Welcome back abdu qaalii ❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
Yaannis dhiifamaa waliin Gaaffii deebi margate Nama arraabsuus yaadatu Eegumsaa kanaaf Ammaa ammas deemsis ittisaa kanaaf Yeroo nama itti arrabsuu Qalbii kootittii yaadee beekuu.garuu Aariin booda dhugaa arrabni jiraachuu beknaa
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 2 ай бұрын
Alahamdulillaah yaaRabbi galannisihaagahu.AllaahuAkbar.yaaRabbi hadaraa aduhii ummata Kenya wolitti buftu nukeessaa ballessi.sheexanas nutti fageessi.Alahamdulillaah
@user-bq8wj5db4n
@user-bq8wj5db4n 2 ай бұрын
As wr wb Masha Alla abdu galatomi qalii kena ati nama dubi gigilchudha
@user-gj6rc9jt9u
@user-gj6rc9jt9u 2 ай бұрын
Allahamdulillaah Allahamdulillaah sumaa Allahamdulillaah yaa Rabbii
@godawajjiitube
@godawajjiitube 2 ай бұрын
Jabaadhaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@dnnuriyaasheamanhfanumaaa2262
@dnnuriyaasheamanhfanumaaa2262 2 ай бұрын
Raabiin sababa godhee ollbasee bagaa nuu araramaan❤
@Uzeefiiyusuuf
@Uzeefiiyusuuf 2 ай бұрын
Nuuf jiraadhu wallahi abdu koo osoo nami akka kee kana taa.e wallahi siila qaata bakka yaane geenya beeka hayu nama jechuun akkana kesaatuu wari ganduuma lelisaanuuf dhamsa yaro bayye dhamsa godhaafi tuurte
@aishaaa1904
@aishaaa1904 2 ай бұрын
Dhugaa keetii madhaallh❤❤❤
@Taju-gy7oq
@Taju-gy7oq 2 ай бұрын
Gaarii dhaa❤❤ jabaadhu
@SmilingBigWaterfall-ne9tt
@SmilingBigWaterfall-ne9tt 2 ай бұрын
Alhamdullaah Baga Rabbii isaanii araarse❤🎉❤❤🎉😊
@JimmaaJimmaa-vy1wr
@JimmaaJimmaa-vy1wr 2 ай бұрын
Dhugaa dubachuf tanaan deemi bareefamaa ustaaz jamal ilalii waanin ummataa jimaatin jedhee yoomilee hin daganuu waan jamala umata Jimma yin jedhee ustaaz jamalif ustaaz ans Mohammed hin daganu yoomilee
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
Bismillah/Alhamdulillah Dr Qamar Huseen aswrwb/yooyyaa Dr Yaannis hidhaa qabuu walumaan Dr Kaamil Shamsuu wrwrwb ammas Biyyumatuu araraa/dhiifamaa kalees Biyyummaa wal lolee Kanaaf Seequun Baga Araaramtan Dr Enj Gazaalii Abbaa boor wrwrwb En Jamaal Abbaasoo Abbaasoo wrwrwb Enj Ustaz Ahmeddin jabaal hawaasni qooda bahikaa bultiinis Gaaddisaa Ust Raayyaa Abbaa Maccaa Beekumsii Eegumsaa johar Muhammad see DrAbiyyii Ahmed Dubbisi as wrwrwb Ustaz Jamaal Aliyyii
@XayyarUmar
@XayyarUmar 2 ай бұрын
Rabbin yaadaf muraada kee haagutu waan gaari malee hin dubbattu ati
@IbrahimMohammed-ih4fe
@IbrahimMohammed-ih4fe 2 ай бұрын
Dhugaan ifaa buun garriidhaa hedaarr galttoomii akkaa koottii✅✅
@diniyyaaabdullaabdulla6311
@diniyyaaabdullaabdulla6311 2 ай бұрын
Masha Aallh MashaAllah ❤
@JuharHasan-yg9th
@JuharHasan-yg9th 2 ай бұрын
hundaafiyuu bagaa araaraman
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 2 ай бұрын
As Wr Wb.nama sihordofu keessaa an isii tokko dubbii dhugaa dubbatta akkanumaan ittifufi.
@user-ki3gl1ti8s
@user-ki3gl1ti8s 2 ай бұрын
Galatoomi abdu keenya❤❤
@muntahaaahmad6602
@muntahaaahmad6602 2 ай бұрын
Sirrii godhe heydar lallaabannaan heera aadaa oromootu baga godhe ustaazota lubbuu nuudhaqabbe
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤ yaadaafi Qalbiinis Santuu Seeraa araaraa Asiyaa harkiis dhaqqabii garaafi Onneen Abdu Mobile wal dhageeffachuun riqicha barnootaa Oromia manni eegumsaa
@SaaliiNaasiir-ne3rq
@SaaliiNaasiir-ne3rq 2 ай бұрын
👍👍👍👍👍
@SahibKano
@SahibKano 2 ай бұрын
Abduu Atu Akki Ati dubbatte sirrii miti
@ahimedbiluu8899
@ahimedbiluu8899 2 ай бұрын
Atis gowwaa akkuma haydar
@mustefareshid
@mustefareshid 2 ай бұрын
Abdu sirba Joorji Abbuu mirgaan gale irratti reacti nuu hojjadhu
@AbdiiAdamAbdiiAdam-vf2fg
@AbdiiAdamAbdiiAdam-vf2fg 2 ай бұрын
Mashaa Alha abdii
@shahilahmand
@shahilahmand 2 ай бұрын
❤❤❤❤
@mabubaabamca4392
@mabubaabamca4392 2 ай бұрын
Dhugaa jete
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l 2 ай бұрын
Alihamdulila gallaattaa Rabin mashaaallaaa
@ghssjshhdbdndj2506
@ghssjshhdbdndj2506 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@user-pc6cm2zt1v
@user-pc6cm2zt1v 2 ай бұрын
Dhugaadh
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤Eegumsaa Yoomuu Abduu Fuula Media failed Daguunis Qaroomina Ija dhabee Maalif Hayyoota Arraabsuu? Silas dubbiin fagaatee Eegumsaa gaafa Rabbiin fixeensaa jalaa fedhee Duniyaan Duniyaan isaa
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
❤mootummaan dugdaa Biyyaaf haqa kalee Bifaa Tigrai ittiin hawaasa hiitee +Ethioforrum gaddaa b/c humna dhageeffatu qabsoo Ogeeyyiin fayyaan freehogganttootaa keenyaa from Dr Xuranaa Ifaa I/A Mummicha Ministera Biyyaa
@aliyiteha4416
@aliyiteha4416 2 ай бұрын
Abdu wan tokko hin jedhin isaanu walitti araramani dhiisi waldhabbi warra ija ummata keenya tahe kana dhiisi nuti waldhabbii oromiyaa keeysa tu dhagayu nutti ulfaate kanaaf isiniis kan ustazota lameenu araaraan xumurame jira isiin kara keetin rabbii tokko tahe duaaiin gaafachu qabdu oromiyaa keeysatti araramni bu'e nagayni akka argamu ykn kara midiya keeysanin oromoon hundi rakkoo ture kara nagayaan fixachuun tokkummaa oromoon barbaadu san kara nama oromoo tahe hunda addan hin baafneen tokkumaan oromoo laphee nama oromoo hunda fi lafa oromiyaa keeysatti akka ciimu kara miidiyaa keeysanin qaamaa huundaaf hubanno kennuun wan isinirra eeggamu gumaacha.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
Mootummaan dugdaa Biyyaaf Dhibee Dhibee caqasaa Jibbaa facaasee Dubbiin Osoo warraa siyaasaa taatee lafa fagoo wal mitii nama beekneen Osoo argin baga Gammaaddan Biyyii Alhamdulillah yaadii argii Beellis araraa
@user-oh9ml1je2t
@user-oh9ml1je2t 2 ай бұрын
Baayyee namatti tola
@gazala5210
@gazala5210 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤ Masha allha tabarkalh ❤❤❤❤❤
@KamilTana
@KamilTana 2 ай бұрын
❤❤❤
@etiophiya4348
@etiophiya4348 2 ай бұрын
Midha jamal qofa arge jechudha gurbani
@Inabaaibsaa
@Inabaaibsaa 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤
@muradAliyi-mk3yu
@muradAliyi-mk3yu 2 ай бұрын
jabadhu atis
@Oromiyaa-jp7rn
@Oromiyaa-jp7rn 2 ай бұрын
Keep up the good work Fifi✅✅✅✅✅✅✅✅
@user-ii2gk5ji4h
@user-ii2gk5ji4h 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤mashala❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
Namni yeroo Musharraf Kottuu median ykn waan biraa deettuu Caqasii hinarginee Hojii online gurriis Eegumsaa
@ZakirNazif-fq6mn
@ZakirNazif-fq6mn 2 ай бұрын
Nu martuu gammadnee jirra Baga walumaan gammadne
@Oromiyaa-jp7rn
@Oromiyaa-jp7rn 2 ай бұрын
This is a good thing ❤❤❤
@HuseenJihad-yb1jd
@HuseenJihad-yb1jd 2 ай бұрын
❤❤
@mohamedabdulkarim5764
@mohamedabdulkarim5764 2 ай бұрын
Alhamdulilahigalatoma
@langanoshaalaa2019
@langanoshaalaa2019 2 ай бұрын
Yaa Abdu ! Raayyaa Abba Maccaa Malee-Sheikootin Oromia keessa Jirani fi Majaliisin Biyyati’i hundinuu WORRA-Rabbin dhiisani Yaa Ayu-Al Pp’i Sagada’aa bulani !!!Saba gowwomsuu Nura dhiisi !!!
@ademwako4363
@ademwako4363 2 ай бұрын
Ummata Muslimsa sobiufi yeroo keesani hin baleesinaa woggaa 3fifi woldsbanii turuni akka amatatiti fudhatama qabu. Beekomisi Isanini Rakkoo nama lama hikuu kanidanideene, rakkoo hawaasa hikuu hindanida'ani. Ammaalee fakeesadha malee araraamiti Hawaasa hooganuni dura mee jaliqaba wolili ambooma
@rwaidamohamad6903
@rwaidamohamad6903 2 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉
@user-uf8um8xd2b
@user-uf8um8xd2b 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@anwarsiraj-sd6jl
@anwarsiraj-sd6jl 2 ай бұрын
@user-xi5sm7xd3r
@user-xi5sm7xd3r 2 ай бұрын
💖💖💖💖💖💖💖💖💖
@iftualiyi3899
@iftualiyi3899 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@iftualiyi3899
@iftualiyi3899 2 ай бұрын
👍👍👍👍👍👍👍✨️✨️✨️✨️✨️✨️✨️✨️
@seenaborii8029
@seenaborii8029 2 ай бұрын
Animation garuu akka kommentiert siif barreesse hin bukku ati garuu gaduu qabdaa Dissidenten wann kan sein jedhee wann yeroo bayyee sie hordoofufii ok
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
Mootummaan du'a dhageeffachuun haqa araara tayee=yaadachisii aswrwbgzx koreen majilisaa UstazIbram Haajii jibbis ifaa baga Araaramttan International injection ida'amuun araaraa Corp via associated press...Biyyaan
@user-by6xe3he2h
@user-by6xe3he2h 2 ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉👌 ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤👍
@mahaammadyusuuf
@mahaammadyusuuf 2 ай бұрын
as wr wb
@FeysalSulxan-sj3fk
@FeysalSulxan-sj3fk 2 ай бұрын
Dhuga jedhe hedar
@ZakkiyyiiDaliil
@ZakkiyyiiDaliil 2 ай бұрын
Laa Ayidar gandumma qaba dhifamammo
@etiophiya4348
@etiophiya4348 2 ай бұрын
Abdu nuf jiradhu❤❤❤❤❤❤
@etiophiya4348
@etiophiya4348 2 ай бұрын
Abdi vidio namitin sobdun sun dhengada worabde gadhifte argite amamo jari naga tanan qanofte gurbatin shexani sun
@etiophiya4348
@etiophiya4348 2 ай бұрын
ilma gandati hadarkun afuftu
@mohamedabdulkarim5764
@mohamedabdulkarim5764 2 ай бұрын
Hedardubintegarmiti
@suliemanalihayder6969
@suliemanalihayder6969 2 ай бұрын
Heeyddarhaggaltom
@mohamedabdulkarim5764
@mohamedabdulkarim5764 2 ай бұрын
Dubuoronitisarasaamangudonmuslimaa
@etiophiya4348
@etiophiya4348 2 ай бұрын
Dhugadha gurbatinkun saredha gidu sente wan meqa odesa turte gurbatin mal gidu jala galche gurbati
@jinajinajinajinap9500
@jinajinajinajinap9500 2 ай бұрын
dhugaa.jett.Abiduu
@ggoasd3331
@ggoasd3331 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-me9mc1xn1f
@user-me9mc1xn1f 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
Mootummaan du'a dhageeffachuun haqa araara tayee=yaadachisii aswrwbgzx koreen majilisaa UstazIbram Haajii jibbis ifaa baga Araaramttan International injection ida'amuun araaraa Corp via associated press...Biyyaan
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 ай бұрын
Mootummaan du'a dhageeffachuun haqa araara tayee=yaadachisii aswrwbgzx koreen majilisaa UstazIbram Haajii jibbis ifaa baga Araaramttan International injection ida'amuun araaraa Corp via associated press...Biyyaan
DEFINITELY NOT HAPPENING ON MY WATCH! 😒
00:12
Laro Benz
Рет қаралды 59 МЛН
Tiktookera  Wardaa  Noolee [Wardaa Ahimad];   keessummaa Yeroo Jaalalaa,
22:03
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 113 М.
Artist Mahammad Daliil Loomii koo #Neworomoeyhiopianmusic 2024(Official music)
8:02
Xiyyeeffannaa: Turtii Prof  Hizqeel Gabbisaa waliin
1:16:30
MrBeast Встретился С Сигмой😳 #shorts
0:48
a_ve_znali
Рет қаралды 3,1 МЛН
как попасть в закулисье в schoolboy runaway
0:51
MISS CIRCLE STUDENTS BULLY ME!
0:12
Andreas Eskander
Рет қаралды 10 МЛН