Warra Abbaakoo Ajjeesaniif Dhiifama Godheera: Waaqoo Geetaachoo

  Рет қаралды 110,747

WAKJIRA TUBE

WAKJIRA TUBE

3 жыл бұрын

Keessummaan #WAKJIRASHOW har'aa #WaaqooGetaachoo jedhama. Waa'ee du'a abbaa isaa irratti kitaaba #MirgaAjjeesuu jedhu barreesseera. Abbaan isaa haala itti du'ee fi maaliif akka warra abbaasaa ajjeesaniif dhiisuu murteesse dubbanneerra.
Facebook:
/ asafamalkawakjira
Telegram:
t.me/asefawakjira
Instagram:
/ asefawakjira
#WAKJIRATUBE brings you #Oromo #Gospel songs and educational videos. Thank you for watching and subscribing.

Пікірлер: 825
@wllwlwllwla6986
@wllwlwllwla6986 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuu malooo yesus baraa akkamituu jiraa waqoo dhugaa jalqaba hangaa dhumattan sifanaa bohee garuu Mal godhaa !!!atii garuu namaa guddaa dha waqaayyoo kana ol sammuu sifa lattuu uuufffffff
@martbirqtube2501
@martbirqtube2501 3 жыл бұрын
Waaqayyoo Goftaan Obsaa kana Caalluu siif mattii keef haa kennuu Jabaadhu sii ilaaleen Abbaa koo Dhabee Obsee Aniis warraa Abbaa koo Ajjeesaan yoon enyuu akka ta'e wallaaleyuu Dhifaama Godheefiin jira.100% wan guddaan baradhee dhugaa kun.😭😭😭😭
@adabaasii1867
@adabaasii1867 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭
@adabaasii1867
@adabaasii1867 3 жыл бұрын
Uuuuuufffg
@lalistuuadunyaa939
@lalistuuadunyaa939 3 жыл бұрын
Uuuuuuufiiiiii waqayoo amalee kanumaa calaa obsaa sifis umataa oromofi haa kenuu malee malii gonaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@nuraamohamadanuraa3843
@nuraamohamadanuraa3843 3 жыл бұрын
Wlhii rabin isin haa jajbesuu waqooo koo atii wana garii daldee rabin siha milkesuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@lishaaneeshoonee2854
@lishaaneeshoonee2854 3 жыл бұрын
😭😭😭😭😭Ati dhugumaa mucaa Yesuus waaqookoo ebbifamii ati fakkenya Kristos jedhee hoojiraa olchiteta.
@sameehrawashdeh5833
@sameehrawashdeh5833 3 жыл бұрын
Waqayyoo lubbu abba keeti jannata haa galchuu waqayyoo ni faraada siif moo obsaa haa laatu waaqokoo jajaabaadhu akka kitaabakee argaanu nuti himi
@user-rj6nj5xy6h
@user-rj6nj5xy6h 4 ай бұрын
Waqqoo atii namaa addatti waqqayoo siihaa ebbisuu😂❤❤
@kabbuub1408
@kabbuub1408 3 жыл бұрын
Waaqayyoo gooftaan Barakee guutuu hubaataasaa si haa taasisuu waaqookoo
@Bashashaayoutub
@Bashashaayoutub 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuufi yaa rabbii nuu basi waqoo keenyaa waqayyoo obisaa sifi haa keenuu Addunyaa irraa sii qofaa diqisisadhee xalattafi dhifama hochuuni kee
@lekamamo6237
@lekamamo6237 3 жыл бұрын
Waaqni waqoota gumaa abbaa keeti sif haa basuu inni gaati dhigaa dhangaala'e barbaaduu isa waqaayyoon qofadha atis jabadhuu obbolleessaa koo
@wark8474
@wark8474 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuffffeee garakoo madaa garakoti natti fakkatee😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭ayiizoo haadhoko homaa mitti jabadhuu waaqayyoo jajjabina isaa sif maatikeef haa kennuu 😰😰😰😰😰😭😭😭
@mustariyantankamal3271
@mustariyantankamal3271 2 жыл бұрын
Rabin obsa sif hakanu waqo Koo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@abdiinikoojiratadhaayesusi3704
@abdiinikoojiratadhaayesusi3704 3 жыл бұрын
Waqayyo kanumaa calatii hubana fi ogumaa obsaa sifi haa haa kanuu Goftaan si ebisuu ebifami waqoo
@raheel2312
@raheel2312 Жыл бұрын
Ayiii yaa waqayyoo maaliifii lata gubiin kun hundii maal godhu gaaru waqayyoo jajjabinaa isiinif haakenu😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@emuyeebonsaa5264
@emuyeebonsaa5264 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuufffffff waaqayyoo jaajabbinaa sii haa kenuu matii kee unumaa kesanuu
@rehobotadunyaa4087
@rehobotadunyaa4087 3 жыл бұрын
Ammayyuu waaqayyo saa gargaruu kana caalaa jabadhuu haadhookoo laphee dhifama qabachuun balbala ebaa banachudhaa ebifaamaa ebifaamaa
@nesreenkishko5575
@nesreenkishko5575 3 жыл бұрын
uuuufffffiiiii waqoo koo waqayyoo obsaaf jajabinaa siif haw kennuu sanyii Ahaa Ahaaaaa woyyoo lammii koo😭😭😭😭
@bintishifa9617
@bintishifa9617 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuuuu malo malo yaa rabbi koo mali kuni uuuuuuufff waqo koo jabadhu baye gara nama gubaa gochii isani abba kee irrati hojetani yaa Allah 😭😭😭😭
@obsinnettokkummaa5773
@obsinnettokkummaa5773 3 жыл бұрын
uuuuuufffffffff bayee gaara namaa nyataa keessa namaa gubba ayzok waaqqoo rabbin obsaa siif haa kennu jajabbadhu
@temesgenmulatu8734
@temesgenmulatu8734 3 жыл бұрын
Aseeko atii nama guddadha dirqamake nama sirritti beekudha Waaqoo kessumma taasisunkee kanaaf ragaa guddaadha jabaadhu Waaqayyo siwali in jira!!!!!
@feyisamereba2933
@feyisamereba2933 3 жыл бұрын
Baayee gadee Qaboo koo jabadhuu oggeessa Addunya kanatti baayee baayee si jalaana
@Miggiraabakeentertiment
@Miggiraabakeentertiment Жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuuuuf yaaaaaaaa waqaayyoo bilissuummaa fidii kan duaanirra kan dhagaa baatan jajjaabina isiiniif haa laatu
@ofiniboontuusikoomandoo7521
@ofiniboontuusikoomandoo7521 3 жыл бұрын
Ani kanasi hin beekuu garuu waqoo bay'ee jaaladha dhuguuma ini namaa jabaadhaa
@abiyotegata9317
@abiyotegata9317 5 ай бұрын
Dhugaa waaqaa baayyeen si dinqisiifadhes baayyeen si jaaladhes waaqoo dhugaa baayyeen gaddes jalqabaa kaasee hamma dhumaatti boo,aan ture ani seenaa kana har,an seeraan dhaggeeffadhe maaliif ani ijoolleedhas darbee baadiyaattin guddadhe social medias hordofeen beeku I appreciate you kanaaf gochi ati goote kun dhalootaa hamma dhalootaatti akka hin banne siif ibsuun barbaada Waaqayyo dachaa dachaan si haa eebbisu gadda yeroo sanaa haaraa godhee kaasuuf miti kanas naa hubadhu waan natti dhagahamen barreesse Galatoomi waaqayyo sihaa eebbisu
@miralata2295
@miralata2295 3 жыл бұрын
Gatii abbake waqayyoo ni basam😭😭😭😭😭😭
@seracharif5220
@seracharif5220 3 жыл бұрын
Seenaa baayye garaa nama nyatuu jabdhuu rabbi sii haa gargaruu
@hanahana1096
@hanahana1096 3 жыл бұрын
uuuuuufff malloo dhugaa bayyee Garraa Namaa Guddaa Amassi waqayyoo obsaa siffi haa baayyessu
@deborohjesus9105
@deborohjesus9105 2 жыл бұрын
Siif maatii keef waqayyo inni ayyanasaa isiniif baay,isee haa ebbifamuu
@chemedaterefe2774
@chemedaterefe2774 3 жыл бұрын
Dhugaa nama dhukkuba. Baga Waaqayyoo isin jajabeese. Amayyu dhuma keessaan haa bareechu. Wakjira atis galatoomi. Waan qopheesitee dhiyeesituurra barnoota heddu argachaan Jira. Dacha dachaa eebifama.
@abdiitube7533
@abdiitube7533 Жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuuffffff waqayyoo jajabinaa sinif haa keenuu gumaa sanii waqayyoo haa basuu waqayyoo gudaadha😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@meseretmamuye6723
@meseretmamuye6723 3 жыл бұрын
Waqayyoo kanaa calayyuu laphee dhifamaa sifaa kennuu waqoo waqayyoo garidhaa guyyaa rakkinafafis kattaa jabadhaa🙇‍♀️😭😭
@ganattashoma9274
@ganattashoma9274 3 жыл бұрын
Lubbu Mati Nafa Ta.i baredu kiyya
@user-rw7ip6ej5t
@user-rw7ip6ej5t 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuufffffff maloo yaa lammii koo oromon waanumaa hin tayin qabana 💔😭😭😭😭omaa mitii waqqyyo dhiraa isaa lafatii hin dhisuu ☝️☝️
@dinkydinky683
@dinkydinky683 3 жыл бұрын
Rabbii baraa jirenyaa keeti opissaa matti keets sifisii haa kenuu
@girmayeasfaw1844
@girmayeasfaw1844 3 жыл бұрын
wayi waaqoo baayyeeeeee gocha suukanneessaadha waaqayyoo obsa kana caaluu siif haa kennuu
@Daandiieebbaa
@Daandiieebbaa 3 жыл бұрын
Waqayyoo abban firdii dhugaacha haa basuu waaqoo siif mucatiifs 😭😭
@bestshawaa848
@bestshawaa848 3 жыл бұрын
Maloo waqqaayoo danidaahadhaa dhigaa Abaa kee yaa baasuu 🙏🙏atii jabaadhuu
@kaarruutufaa1407
@kaarruutufaa1407 3 жыл бұрын
Hedduu hedduu laphee nama cabsa! Gadda akkanaa akkamiin ibsuunis natti ulfaata. Garuu Ajjeechaan Abbaa kee ajjeechaa siyaasaa ta'ee Kaabinee fi Dabballeen ittiin Qabsaa'ota maqaa xureessitee olola adda addaa gaggeessaa turuun hedduu nama dhiba. Maalumaafuu, ilmi namaa gaafa dhalate du'e akkuma jedhamu obsaan darbuudha. Obsaan darbuun kees hedduu namatti tola. Warri abbaa kee ajjeesan ofiifuu du'oodha. Osoo waan ajjeesaniif beeku ta'ee gaarii ture, garuu abbaa kee ajjeesanii jireenya boqonnaa qabus waan jiraatan miti. Inni guddaan akeekaa fi kaayyoon warra abbaa kee ajjeesee ifatti gaafa ittiin siyaasa dalagan beekamee jira. Jajjabaadhu ammas jajjabaadhu Waaqayyo Gumaa Abbaa kee dachaan baasaa!
@yesusgaridhaa7932
@yesusgaridhaa7932 3 жыл бұрын
Uffuuu waaqayyon jajaabinaasa sifaa kennuu ebbiifamii
@christhomas6893
@christhomas6893 3 жыл бұрын
Waaqayyo isin ha jajjabeessuu! Hojii jallinaa akkasii biyya keenya irraa ha kaasu.
@tglemma4147
@tglemma4147 3 жыл бұрын
Ufffff...Baayyee nama dhukubaa 😭😭😭. Gooftaan ayyaan sa ammas siif haa baayyiisu!! Waaqaayoo jirraa!!
@kiyyaaloveekenaajesus4721
@kiyyaaloveekenaajesus4721 3 жыл бұрын
Uuuuffffffiiiii Waqayoon obsaa Sinifaa kenuu 😭😭😭😭 hadhokoo ❤️❤️❤️❤️❤️ Waqayoon Gumaa Abbaa keefaa Sifaa Basuu Namaa Gubaa Qabookoo
@burtukanbersisa2956
@burtukanbersisa2956 3 жыл бұрын
Uuuuuffffffff 😥😥waaqni obsaa siif haa kenuu bay'ee ulfaata
@abirshhailu8932
@abirshhailu8932 3 жыл бұрын
waaqoo koo abshir Waqayyoo abban firdii dhugaa haa basuu
@chaltuayana2481
@chaltuayana2481 3 жыл бұрын
Kuun keennaa addadhaa dhugaa waaqayyoo sii haa Eebbissu 🙏🙏🙏jabbadhuu
@ababotolasa2162
@ababotolasa2162 3 жыл бұрын
AMAZING, Eebbifami Waaqoo👏🏽👏🏽
@kiyyaajesus3210
@kiyyaajesus3210 3 жыл бұрын
Uuuufffeeey waaqayyoo obsaa siif haa keennuu imimmaan koo naa fixaachiftee waaqoo seenaa waal fakkatuu qabna anis harmee kiyyaa akkasumaattin dhabee 😭😭😭
@gemechisgeremu6329
@gemechisgeremu6329 3 жыл бұрын
waaqayyoo yeroo hunduma gaariidha jabbadhu eebbifamakoo
@alamituajamaalamituajama7634
@alamituajamaalamituajama7634 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuufi waqayyo jajabina sinifi haa kenyuu seenna dagatamu hin qabnedha 😭😭😭😭waqayyo abba firddi qajjelatii dhugaa sabbaa kenyaa goftanii hin gati🙇‍♀️🙇‍♀️🙏🙏
@furtalemjesus1631
@furtalemjesus1631 3 жыл бұрын
Wan bayyee barmsa qabu 😭🙏ebbifami waqoo 🙌👍
@rawadarawada7786
@rawadarawada7786 3 жыл бұрын
Atii kaan ummatatii👌💯 kaan oromotii atii.oromoon amma maatii dhiifamatii 🙏 waqayyo sihaa jabessu😭♥️
@martadiriba6449
@martadiriba6449 3 жыл бұрын
Ebifamii mucaa kakuu warii dhifama namaf godhanii waaqayyo biraa🙏🙏 dhifama haa rgatuu ebifamii
@bikltuchalte7771
@bikltuchalte7771 3 жыл бұрын
Uffi waqoo koo rabbii jjajjabinna siif akkenuu😭😭
@melkamuwaktola5472
@melkamuwaktola5472 3 жыл бұрын
Waaqayyo kana caalaa Ayyaana siif haa baay’isu Waaqoo! Dhiifama gootaniif eebbifamaa!
@margeeyesuusiif4484
@margeeyesuusiif4484 3 жыл бұрын
Waaqayyo guddaamasaa Nama eebbaa saa godhu jabaako😭😭😭❤❤❤❤❤ Madaa bara hundumaa nama quuqudha
@diboomucaakakuu6143
@diboomucaakakuu6143 3 жыл бұрын
Dhugaa garaa namaa dhukkubsaa😭😭😭😭😭🙏🙏🙏☝️waqaayyoo lubbuu issan haa maruu abshii waqoo koo
@amenaabeku3330
@amenaabeku3330 3 жыл бұрын
Waaqayyo gooftaan si’aa Jabeessu Baayyee garaa namaa madeessa
@jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
@jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953 3 жыл бұрын
Waqayo obsaa isaa sifii haa latuu qabooooo dhugadhaa bayee namatii tolltaa bayee barusaa gudaa iraa baraneeraa obsii qabooooooooo
@user-io4es4oh9k
@user-io4es4oh9k 3 жыл бұрын
Uuuuuuffffeeee dhugaa bayyeenamaGaddiisiisaa😭😭😭😭Qaboo koo waaqayyoon dachadha sii yaa Ebbisuu😍😍🙏🙏🙏namnii dhifamaa namaa godhee waaqayyoo biraa dhiifamaa Argataa😍😍😍😢😢
@astuutube2864
@astuutube2864 3 жыл бұрын
Waaqayyo si ebbisuu waa'ee baay'ee baradhe si irraa waaqayyo gooftaa kanu caala hubanna si haa kennu
@dnkjesusislorddnk1130
@dnkjesusislorddnk1130 3 жыл бұрын
A&w waaqayyoo isin haa eebbisu Eebbifamaa
@halexmucaakaku6919
@halexmucaakaku6919 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuffffeeeeee Waaqayyo mattii hafee waniin umirii dheeraa isiin haa jirachisuu atti namaa Eebatii Eebbifamii🙏🙏🙏🙏
@aminafayiso5912
@aminafayiso5912 3 жыл бұрын
Nagaan waqayyoo siifi haa bayatuu hommaa mitti godhii obssaan Annani goromsaa dhugaa obssi barbachisadha
@tsegayeolana6222
@tsegayeolana6222 3 жыл бұрын
Jabbadhuu waaqayyoo si jabbessu obsii
@kenenibersisa1579
@kenenibersisa1579 3 жыл бұрын
Baay'ee nama gadisiisa waaqayyoo siif maatiike haa jajabeesu Waaqoo😭😭😭
@feeneetgammachuu3339
@feeneetgammachuu3339 3 жыл бұрын
Qabboo koo waqayyooo jajabiinaa siif haa kenuu garaa lafeessaaa koo😭😭
@bekandida6944
@bekandida6944 3 жыл бұрын
Waaqayo Obsa isaa siif haa kennu Waaqoo koo. Jajabaadhu
@muludebela5305
@muludebela5305 3 жыл бұрын
Waqoo Koo nuuf jiraadhuu jabaa Koo A'aaa
@birtukanmekenon7713
@birtukanmekenon7713 3 жыл бұрын
Uuuuuuuufffff waqayyoo obsa isaa sifii ha kenuu amalee jabbaa mucaa jabadhuu 😭😭😭😭amasii imoo kanaa calaa hubanaafii oggumaa isaa sif ha dabaluu
@sababiniijirachuukooiyesus1944
@sababiniijirachuukooiyesus1944 3 жыл бұрын
Uuuufee hadho koo waqayyoo kanumaraa obsaa sifaa kenii waqoo matii kefisii jajabinanii isanaa jirachisuu 😭😭😭😭
@boniishaneewallagga2547
@boniishaneewallagga2547 3 жыл бұрын
Waaqayyo sii haa ebbisuu waaqoo koo beekaa koo 🙏😭😭😭😭
@waqayyoolchadhaan9209
@waqayyoolchadhaan9209 3 жыл бұрын
Ajabaa waqayyo Obsaa Caluu Siif Matti Keef haa keennuu 😭😭
@kadotube1893
@kadotube1893 3 жыл бұрын
dhugaa dubbaachuf imimaanif ilalalun dadhabee waqoo ko rabbin obsaa siif haa kennuu
@lesejaleta5719
@lesejaleta5719 3 жыл бұрын
Anaa nyaatu obboleessako anatti haa bo 'u dhiisikaa
@senaa705
@senaa705 3 жыл бұрын
Annii ergaa gafan senaa isaa dubbisee bay'ee naa ajayibee dhugaa waqoon dhugumaa bifaafi fknwaqayoottii umamamee irraahaa baranuu ebbifamii obbolesaakoo jabaadhuu❤
@halengirma34
@halengirma34 3 жыл бұрын
Uuuufff bayyee namaa gadisisaa abba kee waqayyoo nabsee isannii yaa maruuu sif jajabinaaf obsaa siif haa kenuu
@f.syejawaarzereabatejaalma5792
@f.syejawaarzereabatejaalma5792 3 жыл бұрын
Rabbiin saberii siife haakenuu yaa allahaa
@samuellechisabayisa742
@samuellechisabayisa742 3 жыл бұрын
baayeelaphee namaa cabsaa...waaqayyoo haa faraaduu...
@bontuumotummaa4850
@bontuumotummaa4850 3 жыл бұрын
waqayyoo gumaa isaani haa bassuu Jabaadhu waqayyoo jajjabinasa sif haa kennu Gochaa bay'ee nama qannesudha 😭😭
@shitayegure944
@shitayegure944 3 жыл бұрын
Obsa na dhowwate mudannonkee Waaqoo! Tarii Waaqayyoo waan baay'ee sitti amanate natti fakkata akka ati waan hin danda'ame gochuu dandessu beekera. jabaadhu namni waa'ee dhiifama fannoo Kiristos irraa barachuu dideera, tarii sin nu barsisuu barbade ta'a.
@asterjesus594
@asterjesus594 3 жыл бұрын
Waaqayyo gooftaan maccaa sihaa eebbisu waaqoo ko dhugaa ammayyuu siif haa dabalu.Asee💐💐 Eebbifami nama guddaa akkasii nuuf fiduu keetiif.
@fatumafaris2823
@fatumafaris2823 3 жыл бұрын
hin bo'iin obbollessaa koo rabbiin murtee isani lubbuun isan baar baaran gubbataa jirtaa
@miminegesa9307
@miminegesa9307 3 жыл бұрын
Uuuuffffff bayyee nama gadisisaa Luubbu isaa haa marruu 😭😭😭😭😭😭😭Waaqayyoo obsa isiniif haa
@lokochala4267
@lokochala4267 3 жыл бұрын
Uuuuufffff 😭😭😭 bayyee nama gaddisisaa waaqayyoo obsa siif haa keenuu haadho koo 😭😭
@ayan7416
@ayan7416 3 жыл бұрын
Waqqaayyoo sijalataa gaafaa garaa akkasii s kenee hadhokooo maaloo😭😭😭
@snbcfgh8745
@snbcfgh8745 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuffff bayee nama gaddisisa waaqayyo obsa fiifaakennu obbolessako gumaa abbaaketii waaqayyoon haabarbaadu 😭😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏
@iyasutolasa2153
@iyasutolasa2153 3 жыл бұрын
Jireenyi kiristaanumm inni dhugaan kanadha. Ayyaanni waaqayyooo nuuf haabaayyatu
@iftuuorom5917
@iftuuorom5917 3 жыл бұрын
Waqqoo koo❤garaa lafessaa koo😢😢😢raabbii jajabinaa sifihaa kenuu jabakoo😢❤
@loomiishow5192
@loomiishow5192 3 жыл бұрын
Waqaayoo jaajaabinaa sif haa kenuu waqoo koo
@kennaa102
@kennaa102 3 жыл бұрын
Waqayoo ammayuu obsaa siif haa kennuu
@rajieba4499
@rajieba4499 3 жыл бұрын
baayyee Nama Gaddisiisa! Ati garuu Nama guddaa dha Waaqoo. IJA KAN BAU WAAQAYYODHA!
@obseetasgaraobsee7114
@obseetasgaraobsee7114 3 жыл бұрын
Waaqayyoo haa farduu dhugaadhaa waayoo gara kee gubatee waaqayyoo sif arguu
@emudebele6303
@emudebele6303 3 жыл бұрын
Uuuuuffff Waqayoo jajabinaa isini hakenuu 🙏🏼🙏🏼🙏🏼
@meseretabdiadisfitratnegn3278
@meseretabdiadisfitratnegn3278 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuuu ba yesusim jecha nama dhabsisa 😭😭😭😭😭 jabadhu obbolessa koo waqayoo beka dha hojjissani ha keenuf bayyee laphe koo na cabse wiy wiy
@mhbirri7953
@mhbirri7953 3 жыл бұрын
Jabadhuu waaqooko goftaan jiraa jabinaa siifhakenu waaqniikeynaa
@bireexshawagindoo3275
@bireexshawagindoo3275 3 жыл бұрын
dhugaaa abbaan kee boqochuu isanii boqochuun namaa dhukkubsaa😭😭😭 attii kiristanumaa dhugaa qabachuun kee natii tolee ijaaa kan basuu danda'uu kiristosii yesusii bichaadha
@bayiseyoutube7462
@bayiseyoutube7462 3 жыл бұрын
Isumaa dhugaa boyyee imamakoo qabachuu dadhabe rabbi jiraa hi Umuriin kee waaqayyo haa dheeressuu😭😭😭😭😭😭😭🙏🙏🙏🙏Waaqayyo sif hin danda'aama hundumaakeenyaa rakkinaa kana keessa Mee nu fixii kana qofa si kadha
@donaalarcon9728
@donaalarcon9728 3 жыл бұрын
Laphee akkaa waqoo siin kennuu waqayoo
@budanibidani1899
@budanibidani1899 3 жыл бұрын
Waqaayyoo obsa issi siif haa keenu obsi
@abayineshbekele3778
@abayineshbekele3778 3 жыл бұрын
Ammallee waqayyoon obsaa siif haa kennuu marummantuu nu gubatee dhugaa
@naol22
@naol22 3 жыл бұрын
Anaan haadhoo koo Waaqni hamma ammatti obsaa siif haa kenne ammas haa keennu😥🙏
cal hin jedhin Waaqayyo | Abdallaa Ittafaa
10:01
Deebii Dhalootaa TV
Рет қаралды 8 М.
EGEREE COMEDY: TRAFFIC
15:22
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 267 М.
100❤️
00:19
MY💝No War🤝
Рет қаралды 23 МЛН
Scary Teacher 3D Nick Troll Squid Game in Brush Teeth White or Black Challenge #shorts
00:47
Gurmuu Faarfattoota Ebeen Ezer Waldaa Makaana Yesuus Fiichee Salaalee.
8:54
Fitche Selale Mekane Yesus
Рет қаралды 9 М.
January 7, 2024
0:59
Soressa Pc
Рет қаралды 12 М.
#Waaqo_Getachoow Fi Eebba Dambi Dolloo irraatti waan mudaate ilaala
9:22
Ilaalaa Entertainment
Рет қаралды 147 М.
Hiree drama kutaa 82
27:19
Hiree Drama
Рет қаралды 335 М.
#foryou
1:45
EGEREE GAARII TUBE
Рет қаралды 1,4 М.
EGEREE COMEDY: DOCTORS
22:25
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 390 М.
Alisher Konysbaev - Suie ala ma? | Official Music Video
2:24
Alisher Konysbaev
Рет қаралды 897 М.
Nurmuhammed Jaqyp  - Nasini el donya (cover)
2:57
Nurmuhammed Jaqyp
Рет қаралды 321 М.
BABYMONSTER - ‘FOREVER’ M/V
3:54
BABYMONSTER
Рет қаралды 92 МЛН
Munisa Rizayeva - Aka makasi (Official Music Video)
6:18
Munisa Rizayeva
Рет қаралды 8 МЛН
지민 (Jimin) 'Who' Official MV
3:28
HYBE LABELS
Рет қаралды 21 МЛН
Jaloliddin Ahmadaliyev - Kuydurgi (Official Music Video)
4:49
NevoMusic
Рет қаралды 7 МЛН