“Xalayaa Akeekkachiisaa 11…” Yaasoo Kabbabaa on Gammadaa Show Episode 35, 2024

  Рет қаралды 16,885

Risaa Media

Risaa Media

4 ай бұрын

#Yaasoo_Kabbabaa #Yaasoo #Kabbabaa #OromoWriter Gammadaa Show guyyaa har’aa keessummaa jabaa tokko siniif fidee dhufeera.
Barsiisaa, Barreessaa fi Waloo guddaa Yaasoo Kabbabaa Hordofaa waliin yeroo hedduu dansaa qabaanne
#Yaasoon dhimma jabinaa fi jireenya Oromoo #Walloos waan hedduu dubbanne, inni nama jaalala Walloo hedduu qabuu fi keessa jiraate hojjetedha.
Kitaaboota Asoosamaa isaa meeqa dubbistan?
Kamiin caalaa jaallattan?
Har’a Etv Afaan Oromoo sa’aatii 3:15ti akkasumaas KZfaq Risaa Media irratti nu aegattu🙌🏼

Пікірлер: 89
@user-in2jt7oj8p
@user-in2jt7oj8p 3 ай бұрын
Galatoomi. Nama jabaa akka Oromootti nu qabnu (Yaasoo) dhiheessuu keetiif
@AbdiDasale-bs9yj
@AbdiDasale-bs9yj 2 ай бұрын
Yaasoo kababaa jaallatama koo
@latiteferigetahun72
@latiteferigetahun72 3 ай бұрын
Yaasoo! Qaxalee ilmaa Oromoo fi Oromiyaa Barsiisaa jabaa fi Barreessaa jabaa
@user-zw6hj7cl7i
@user-zw6hj7cl7i 4 ай бұрын
Naman bayyee jallaadhufi kabaajuu Yaasoo koo umrii dhertuu rabbii guddaan sif haa kennuu❤❤❤❤
@monettubeofficial4563
@monettubeofficial4563 4 ай бұрын
Gammadaa show namoota jajjaaba nuf ketiif hedduu galatoomii garu namoota yeroo afeertu hawasaa wajjin wal barsisii nutis baruu barbanaa yeroo iddoo dhalootatif hojjii hojjacha jirani fi wa'ee mata isiin wal nu barsisuu qabda yeroo si hordoofuu jira akkaa yaadatii kase
@hafizahmed5081
@hafizahmed5081 4 ай бұрын
Kabajamoo yaasoo qamaanin beeka haasawni Isaa nama gammachisa
@amanuelzarihun226
@amanuelzarihun226 4 ай бұрын
Maal namni jabaan akkasii! Dhugaa dubbachuuf utuman hin beekinan dhaggeeffadhee xumure. Gammadaa show hojii guddaatti jirta jabaadhu!
@miftahuumahammuud6695
@miftahuumahammuud6695 4 ай бұрын
Yasoo kababaa namaa jabadhaa
@fitumaedosa796
@fitumaedosa796 4 ай бұрын
Galata guddaa nu biraa qabda.waaqayyo bara kee hafe hundumaa si waliin haa ta'u ❤❤❤
@chaltubulga3504
@chaltubulga3504 4 ай бұрын
Wow!
@kafanaagonfaa3676
@kafanaagonfaa3676 4 ай бұрын
nama jabaa guddaa galatoomi yaasoo keenya kabajaa guddaan siif qaba. dhugaa dubbachuuf imimmaaniin dhageeffadhee xumuree. seenaa nama barsiisuudha❤💚❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@ebba-pictures.
@ebba-pictures. 3 ай бұрын
Yaasoon ofiifuu mana-kitaabaa Oromooti.
@tamirathaile777
@tamirathaile777 3 ай бұрын
Google translation hahaaaaaaaaa..... waan sirraa'uu qabu!!
@gemechunedi1372
@gemechunedi1372 4 ай бұрын
wow Yaasoo the great man. you are a figurative person for our generation, wish you long life
@ajemawogi393
@ajemawogi393 4 ай бұрын
Bara Ijibbaataa Yaason dursee arge amma itti jirra Natti fakkaata🎉 Nama jabaa akkasii qabaachun keenya nu boonsa.
@KenoJaalkooYChali
@KenoJaalkooYChali 4 ай бұрын
Naman baayyee Jaalladhu kana waan nuuf fiddeef galatoomi G...🙏😍 Utuun hin Beekiiniif hin quufiin xumuruukoo qofaan yaadadha ❤️😍❤️
@kennaataayyeeofficial
@kennaataayyeeofficial 4 ай бұрын
Jabaan akkasii nuuf haa bulu. Hedduu jaalladheera ❤❤ hamma dhumaattis dhaggeeffadheera. Ulfaadha galatooma warri Gammadaa show nama jabaa akka kanaa Saba Isa jaallatu wajjin Walitti fiduu keessaniif. Yaasoon nama wanti guddaan irraa baratamuudha. Umurii dheertu nuuf jiraadhu ati qabeenya guddaa nuti qabnuudha❤❤❤❤
@MUSTEFATeshome-sr2bn
@MUSTEFATeshome-sr2bn 4 ай бұрын
Baga nagaan dhuftan ! Gammee Hayyuu ogbarruu fi Barsiisaa jabaa nuuf affeerte galatoomi!
@ShumaKelbesa
@ShumaKelbesa 3 ай бұрын
Dhugaadha Nama Akkaa kee Oromoon waggaa 1000 keessaa Qanqee tokkoo Qabachuun akkaa sabaatti mataa ol nu qaba!
@esayasetana1806
@esayasetana1806 4 ай бұрын
Naman baayyee jaaladhufi kabaaju Yaasoo❤❤❤❤❤
@Dimbittii
@Dimbittii 4 ай бұрын
Omg Nama jabaa dhugaa kitaaaba isaanii malee seenaa nama kanaa hin beeku ture.Galatoomaa jiraadhaa❤
@DaseEtana
@DaseEtana 4 ай бұрын
Wwwwa nama jabaa nuuf fide
@nimonadesalegn6634
@nimonadesalegn6634 4 ай бұрын
You're really a great person in this generation. God bless you and we all are proud of you have.
@BelinaOlana
@BelinaOlana 4 ай бұрын
Oh Ajaa'iba. Yaasoo Umurii Arraagessaa nuuf jiraadhu !
@masudtaju3650
@masudtaju3650 4 ай бұрын
Waawu anaa dhufu
@bekamtube5373
@bekamtube5373 4 ай бұрын
Gootaa ijja barbada gudda galatoomi Yaasoo koo atti dhugumaan goota ❤❤
@qoosaaf6420
@qoosaaf6420 4 ай бұрын
Aab. Yaasoo Qaroo Oromoo Baga Jiraattee, Darbii Nuuf Jiraadhu.
@ermiyasdereje7691
@ermiyasdereje7691 4 ай бұрын
Yaasoo nama kabajamaa umurii nuuf dheeradhu !
@MonetMultimedia
@MonetMultimedia 4 ай бұрын
Nama cimaa fi hubataadha Yaasoon!
@kennaataayyeeofficial
@kennaataayyeeofficial 4 ай бұрын
Gammee koo ulfaadhu galatoomi nuuf buli hamtuurraa hafi ❤❤❤❤
@AmanuelAbraham-mv8vp
@AmanuelAbraham-mv8vp 4 ай бұрын
Yaasoo ❤💚❤
@esayasetana1806
@esayasetana1806 4 ай бұрын
Gamme We need to part 2 Yaasoo ❤❤❤❤❤
@senbetoamenu8847
@senbetoamenu8847 4 ай бұрын
wow big man god bless you
@UserUser-sv5jz
@UserUser-sv5jz 4 ай бұрын
"Gadaan kamiyyuu bara qaba; Barri kamiyyuu nama qaba; Namni kamiyyuu ayyaana qaba! Ayyaanni garuu gadaa itti mirgisu qaba!"
@yadiman544
@yadiman544 4 ай бұрын
Akkam namatti tola maaloo haasaansaa❤ Nam-jabaa!
@solomondebela4242
@solomondebela4242 4 ай бұрын
Yaasoo jabaa namaa!
@user-vq6zg8ho1i
@user-vq6zg8ho1i 4 ай бұрын
Gaaffiin ati Yaasoo kan qare barreessuudha moo, dubbisuudha halkan jette sun natti tolteetti!
@user-vn4pb2ix8t
@user-vn4pb2ix8t 4 ай бұрын
Baayye waan namatti toludha❤❤
@tuulamaa
@tuulamaa 4 ай бұрын
Welcome yaasoo koo🎉
@fitumaedosa796
@fitumaedosa796 4 ай бұрын
Baayyee natti tolte jabaa keenya ❤❤❤
@yaredgudina3539
@yaredgudina3539 4 ай бұрын
Waa hedduun irra baradhe af-gaaffii kana irra. Galatooma lamaan keessan iyyuu. Baayyee isin jaallannaa
@user-dw4qn8hh9d
@user-dw4qn8hh9d 4 ай бұрын
Nama jabaa
@Oromiag4
@Oromiag4 4 ай бұрын
Guddaa namaa baga jiraate har'a geesse🥰
@charaabate5028
@charaabate5028 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤💯👋
@motishow7832
@motishow7832 4 ай бұрын
Namjabaa akkasii kana reefuu dhaga'uu kootti nan saalfadhe dhugaa
@user-sd1xe8zz7x
@user-sd1xe8zz7x 4 ай бұрын
Jabaadhu barreedaa jirta
@user-hy9tx5hd8q
@user-hy9tx5hd8q 4 ай бұрын
Ee dhugaadha barsiisaa qubee qofa osoo hin taane barsiisaa waan hundaati.Kana jechuun nuti ijoolleen Walloo Kamisee carraa Yaasoon nubarsiisuu arganne gabaabumatti ija keenya nu baneera
@borkeefofficialhd8109
@borkeefofficialhd8109 4 ай бұрын
Nama Gudaa Sabnii kun qabuuf inniis sabaa guddaa akaana qabuu arguu caalaa maltuu nama gamachisa.? Yaassoo Kenya heduu si kabajna si jalaana umuri haraagesa sif ha kenuu rabbii.
@derartuusmail5708
@derartuusmail5708 4 ай бұрын
Yasoon jabaa oromoooti
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 4 ай бұрын
Nooraa Baga Nagaan dhuftanii 🎉🎉
@qaaliitube5
@qaaliitube5 4 ай бұрын
Hayyuu buleessa❤
@user-zw6hj7cl7i
@user-zw6hj7cl7i 4 ай бұрын
Kitaaba oromoo oromoonnii irraa hin fayyaadamin dhibbaa garagaraan danqaame jiruu tokko nama kana kitaabni inni barreesses innis compaasi jiruuf jireenyatti oflaallee enyumma ilmaa namatti yaasoon.
@girmalegesselemma7459
@girmalegesselemma7459 4 ай бұрын
Barsiisaa Yaasoo! Sin dinqisiifadha!
@monenusgirma512
@monenusgirma512 4 ай бұрын
Jabaa Jarraa keenya❤
@keebarkeewayyaa7510
@keebarkeewayyaa7510 4 ай бұрын
Goota Gaafa xiiqii 😍🙏
@user-gr6om6cv5h
@user-gr6om6cv5h 4 ай бұрын
JABAA ILMA SABAA❤
@berhanunemomsa6997
@berhanunemomsa6997 4 ай бұрын
Isin daawwataa jirra Game ❤
@alnejoym1641
@alnejoym1641 4 ай бұрын
❤❤❤❤
@NegeroNegero
@NegeroNegero 4 ай бұрын
Gotaa'Jabaa 'Hayyuu Umurii nuuf dheradhu !
@user-xc1jz5jb4u
@user-xc1jz5jb4u 4 ай бұрын
❤❤❤❤❤
@feysalnejash9718
@feysalnejash9718 4 ай бұрын
Gammmeeee well come
@mimiijalanee7828
@mimiijalanee7828 4 ай бұрын
Jabaa nama ❤
@ToleraAbdeta-tq9hz
@ToleraAbdeta-tq9hz 4 ай бұрын
Galatoomi gammee nam-kana affeeruu keetti! Jabaa ofii abbaatu tikfata!
@solomonalemayehu4801
@solomonalemayehu4801 4 ай бұрын
Baga nagaan dhufte.
@agartutube6214
@agartutube6214 4 ай бұрын
Yaasoo Kabbabaa Hordofaa kabaja guddaan siif qaba!
@feysalnejash9718
@feysalnejash9718 4 ай бұрын
I know him in facebook well came ❤❤
@pawlosdinka983
@pawlosdinka983 4 ай бұрын
Gammee baay'ee si jaallanna. Namoonni miidiyaarratti dhiyeessittan namoota sobaan of-xaxan utuu ta'uu batanii gaariidha. Kabaja miidiyaa kee gadi buusa waan ta'eefan sitti hime. Namoonni dhiyeessite keessaa tokko harka 55 sobaan si dhamaasaa ture.
@appuae5317
@appuae5317 4 ай бұрын
😊😊😊😊
@mergabedassa6341
@mergabedassa6341 4 ай бұрын
Welcome dhageefachaa Jirra!
@UserUser-sv5jz
@UserUser-sv5jz 4 ай бұрын
Barsiisaa haqaati ati
@tamirathaile777
@tamirathaile777 3 ай бұрын
Senaa Baahir Daar😮😮😮
@AbduRahman-zm2no
@AbduRahman-zm2no 4 ай бұрын
Dhugaa dubaachuufi namaa cimaadhaa toftaa heduu qabaa kiyaan
@UserUser-sv5jz
@UserUser-sv5jz 4 ай бұрын
Barsiisaa jaba fi abbaa beekumsa galanaa.
@UserUser-sv5jz
@UserUser-sv5jz 4 ай бұрын
Barsiisaa jaba fi abbaa beekumsa galanaa
@agartutube6214
@agartutube6214 4 ай бұрын
General Yaso
@usmaanaliyyii3980
@usmaanaliyyii3980 4 ай бұрын
Qabsoo guddaa gote yasso
@user-nw2kg3yp8i
@user-nw2kg3yp8i 4 ай бұрын
Lencaa oromoo 7:48 ❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂
@user-mn7gc5ot9l
@user-mn7gc5ot9l 4 ай бұрын
Umurii dheradhaa
@user-es8ec3oo3j
@user-es8ec3oo3j 4 ай бұрын
kitaabota isaa yoo telegram irraati nuuf manaxasitan barredature
@user-nw2kg3yp8i
@user-nw2kg3yp8i 4 ай бұрын
Lencaa oromoo
@negeriobsa8200
@negeriobsa8200 4 ай бұрын
Namni kun waan innii barreessuu danuu cimaa fi urgaa hogbarruu kan of keessaa qabu dha.
@UserUser-sv5jz
@UserUser-sv5jz 4 ай бұрын
Barsiisaa jaba fi abbaa beekumsa galaana jechuun isaan kana.
@daimtutube3839
@daimtutube3839 4 ай бұрын
kzfaq.info/get/bejne/bcmGl9F6tMyUm3k.htmlsi=oaxEMopGkufdypOi Sagalee Aartistoota Oromoo. Duuti Walloorraa haa dhaabbatu.
@dhibeewagari6211
@dhibeewagari6211 4 ай бұрын
❤❤❤❤
@AbduRahman-zm2no
@AbduRahman-zm2no 4 ай бұрын
Dhugaa dubaachuufi namaa cimaadhaa toftaa heduu qabaa kiyaan
@sanyiiibulloosanyiileenjii4607
@sanyiiibulloosanyiileenjii4607 4 ай бұрын
❤❤❤❤
@AbduRahman-zm2no
@AbduRahman-zm2no 4 ай бұрын
Dhugaa dubaachuufi namaa cimaadhaa toftaa heduu qabaa kiyaan
@AbduRahman-zm2no
@AbduRahman-zm2no 4 ай бұрын
Dhugaa dubaachuufi namaa cimaadhaa toftaa heduu qabaa kiyaan
@AbduRahman-zm2no
@AbduRahman-zm2no 4 ай бұрын
Dhugaa dubaachuufi namaa cimaadhaa toftaa heduu qabaa kiyaan
“Sa'aatii 20 Soomeen Beeka”
58:56
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 2,2 М.
100❤️
00:19
MY💝No War🤝
Рет қаралды 24 МЛН
39kgのガリガリが踊る絵文字ダンス/39kg boney emoji dance#dance #ダンス #にんげんっていいな
00:16
💀Skeleton Ninja🥷【にんげんっていいなチャンネル】
Рет қаралды 8 МЛН
WHAT’S THAT?
00:27
Natan por Aí
Рет қаралды 13 МЛН
A teacher captured the cutest moment at the nursery #shorts
00:33
Fabiosa Stories
Рет қаралды 13 МЛН
baga gamade Rachu  congratulations to #vlog
14:16
NATI TU S
Рет қаралды 882
Mijuu Dilbataa: Turtii  Keenboon Imraan (Abbaa Shittoo)fi Haadha Manaa isaa waliin taasifame.
25:23
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 102 М.
HIR-KOO- KUTAA 1FFAA
30:05
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 256 М.
Моя Жена Босс!
0:40
Petya English
Рет қаралды 7 МЛН