No video

Xiyyaaroota Itiyoophiyaan qabdu keessaa 3 qofatu afaan oromoon mogga'e! - Inj.Taliilaa Dheeressaa

  Рет қаралды 42,028

MO'AA TV

MO'AA TV

3 ай бұрын

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 303
@adanechmeskela759
@adanechmeskela759 3 ай бұрын
በእውነት በኦሮሞ ላይ የሚደረግ ግፍበጣም ያሳዝናል ። ምን አይነት ጀግና ነህ ። እንዳንተ ያለ ሐቀኛ ሰዉ ያብዛልን። አምላክ ከክፉ ነገር ይሰውርህ ።
@proggenius2024
@proggenius2024 3 ай бұрын
Ani amantiin ortodoksiidha garuu Inj. Taliilaa bayyeen si ajaa'ibsiifadha! Buli umurii dheeradhu. Mo'aa Tv illee sagantaa akkas bareedu namoota jajjaboo keenya fakkenya nuuf tahan waan dhiheessitaniif galata qabdu. Jabaadhaa, afaan keenya, hawaasa keenya waliin haa guddisnu. Ayyaana du'aa kahuu gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoos bara 2016tiin baga sin gahe. ❤❤❤
@TajudinMohammed-xh2xe
@TajudinMohammed-xh2xe 3 ай бұрын
Ani Amantii muslimaa hordofaa garuu Injiinar taliilaa Dhugaadhuman si jaaladha!!
@1Cor123
@1Cor123 3 ай бұрын
Jechoota ana ajaayibanii fi baay’ee natti tolan 1.Finfinnee caalaa bakka dhalattetti qe’ee abbaa ofii ijaaranii haaromsuun mul’ata ajaayibaa fi jaalala ati warra si guddiseef qabdudha. 2.Sosochii ati yeroo barataa Yunivarsitii turtetti taasifte dinqiidha dhugaa! Keessumaa Waa’een seenaa Letenaal Koloneel Abdiisaa Aagaa! Dhimma baay’ee cimaadha! Maanguddoo sanaaf waan ati gootemmoo seenaa hin dagatamnedha. Turtii daandii qilleensaa! 1.Hojii ofii jaallachuu.hojiikee. Dhimma Goobanaa fi ati afaan oromoon gaafannaan dubbiin ka’e sunimmoo nama aarsitis xiiqii keessa nama galchiti.keessumaammoo isa Faranjiitti mirga afaankeen dubbachuukee ibsatte. 2.Gamtaa Hojjetootaa buleessa DQI - turtii hooggansaa wagga shanii gidduutti ijoollee 13 keessaa sagal guddifachuunkee hojii guddaadha dhugaa. -Aboommoo sirna Gadaa baalliidhaan dabarsuun immoo Oromummaa guuboo isaa keesseetta sirriitti. -Namoota ariyatamanii turan 200 ta’an hojiitti deebisuun baay’ee waan guddaadha. 3.Maqa balleessii turan dandamattee hojiikeetti cichuu. 4.Dhiibbaa fi cunqursaa sirra gahe irraa waaqayyo akka itti si oolches dhagaheen waaqa galateeffadhe. Keessumaa yaalii ajjeechaa hedduu jala waaqni baga si dabarse. 5.Kadhannaa ati waaqayyoon kadhachaa turte…keessumaammoo wangeela babal’isuu. Akka aadaa oromoottis immoo rakkataa tumsuu. Oromo Bible Sociiety fi dhimma Onesmoos Nasiib iirratti haasaa ati taasifte baay’ee jaallatamaadha! Badhaasawwan geebaa ati fudhatte kun dhugaamatti sitti xinnaatu! The best is yet to come! Keessumaa Ser.Lakk.6:24-26 irra inni jiru sun immoo eebba eebba caaludha!! #Gaaffii_Gaazexeessaa: ‘’waa’eekee waan si ajaayibu maaltu jira? #Deebii_Injinaraa: ‘’Waa’eekoo osoo hin taane akka itti waaqayyo nawajjin jirutu na ajaayiba!!!!!!” #Turtii_Biyya_Alaa Bakka hojiidhaaf haala mijataa uumuu fi seexaa godhatanii bakka abdiin dinagdee itti kutatame hanga $300,000 spoonsara dhunfaadhaan hojjechiisuu danda’uun hojii sitti kennametti hammam of laattee akka amanamummaadhaan hojiikee hojjettu argisiisa! Dhugaadhumatti gammadeera. #Quuqama_Oromummaaf ati qabduu fi dhiibbaa sirra gahaa ture kana hunda keessa dhaabbattee cichuunkeemmoo dhugaadhumatti obsa ogummichaa fi #Qajeelfamaan nama geggeeffamu ta’uukeeti! Kun dhaloota duuba jiraniif #Tumbii guddaadha! #Dhimma_Loogoo Ummanni keenya dhimma loogoo jechuunis waan alaan ykn bakkeerraan mul’atu ilaalee yeroo isaa gubuu hin qabu! Keessaan waan sirrachuu qabu baay’eedha kan jettes dhugaa hin haalamnedha! Xiyyaarota jiran hunda #Alaabaa_abbaa_Gadaa dibanii hojimaanni keessaa immoo #Alaabaa_Abbaa_Baahiree yoo ta’e bu’aa hin buusu! Kanaafuu dursanii keessoorratti hojjechuun tooftaa sirriidha! #Kun_Waan_Tokko!_Kaanis_Gaaf_tokko! #Dhimma_Moggaasaa Daataa qoorannoodhaan deeggarameen qindeessitee #DQI kan uummata Itiyoophiyaa hunda ta’uu qaba jettee hojjechuunkee dhugaa na boonseera! #Afaan_Hojii Afaansabni hundinuu dubbatuun keessumaa afaan saba bal’aa kanaa giddu gala godhamee akka hojjetamuu qabuuf kan ati dubbatte ammayyuu cichamee itti adeemamuu qaba, #Qacarrii Qaama baratee beekumsaan dhaabbaticha utubuu danda’u guutummaa biyyattii irraa carraan wal qixxummaadhaan kennamuu akka qabuu fi hacuuccaan hafuu qabu jireenyakeeyyuu ‘Risk’tti laattee akkasiin ibsuukeef waaqayyo si haa eebbisun jedha!!!!
@derejelegessegurmessa1266
@derejelegessegurmessa1266 3 ай бұрын
ትልቁ ችግራችን ከእውነት እና ከፍትሕ ጋር መስማማት አለመቻል ነው ዘርህ ይባረክ
@itisforyou3121
@itisforyou3121 3 ай бұрын
I have had the pleasure of knowing Eng. Talila on Facebook since 2023. From the various writings he posts on social media, I have always admired his unwavering dedication and commitment. Today, I had the opportunity to watch his interview in its entirety and gained an incredible amount of insight and inspiration. His passion and expertise in his field are truly remarkable. I am grateful to Eng. Talila for being a source of inspiration for this generation and those to come. Thank you for your continued dedication and hard work.
@solomondawit8866
@solomondawit8866 3 ай бұрын
Waayee seenaa odiiteroota sanaa fi Afaan Oromoo akka waan kaleessa ta’eetti nan yaadadha Taloo. Sabboonummaankee fi ofitti amanamummaankee nama hinaafsisa. Nuu jiraadhu 🥰
@karizmamega524
@karizmamega524 3 ай бұрын
❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰👍👍👍
@Isak_Tube7
@Isak_Tube7 3 ай бұрын
Injineer Taliilaa hedduu si jaalanna. hedduu siin boonna. TV'n Mo'aa namaa jabaa kana nuuf dubbisuu keessaniif hedduu galatoomaa❤
@birkeangesa6760
@birkeangesa6760 3 ай бұрын
Lubuu nii kee hadheratuu Engener Talila dhugaa jiruu gadii bastee ibsunii kee yuu hamaa halichii gederame iraa adaa mitii. Waqayyoo milkainaa addaa sifii hakenuu Ebifamii waqayyoo sihaebisuu ❤❤❤
@WekjiraGonfa
@WekjiraGonfa 3 ай бұрын
Waaqayyo Nama akka kee daddabalee biyya kanaaf haa kaasu; nama dhugaa jaalatu; nama walqixxummaa jaalatu, nama sabaaf yaadu. Umurii dheeradhu abboo!
@Singerbontuulataa
@Singerbontuulataa 3 ай бұрын
Wa,ee.keef Waqayyoo ulfinaa ha fudhatuu Taali. Dhumnii kee gonfoo bara baraa ha ta,uu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@saaadaawallaagga
@saaadaawallaagga 3 ай бұрын
Engineerin taliilaa Rabbi siiha egu ani diinqisifatoota kee keessaa Tokkodha Rabbi ijaa diina sirra haa qabuu onnataa oromo ❤❤❤
@gobenachimdesa7108
@gobenachimdesa7108 3 ай бұрын
Great Respect😮😮😮 To Engineer Talila!!! Qabsoon akkas. Lafuma jirrutti ogummaadhuma hojjennuun uummata Waaqayyo nutti kenneef dubbachuun ergama keenya
@adaneinsurance105
@adaneinsurance105 3 ай бұрын
Ummani oromoo si eegachuu qaba. Ati Qaalidha❤
@likitudinagde8995
@likitudinagde8995 3 ай бұрын
Taliila ilma Oromo jaba, Waaqayoo dhiigaa issaatiin sii'aa haguuguu
@tadesemosisa
@tadesemosisa Ай бұрын
Daandii Qilleensaa Itoophiyaa qofa osoo hin tanee itiyoo Teleekoomiinis sabaa tokkon ijaarame jira. And also Inj Telila I proud of you!!
@masfinifa2453
@masfinifa2453 3 ай бұрын
Senaa akkaas bareedu gafaan dhaga'u bayyeen itti gamadee Engineer Taliilii bayeen dinqisifadhee ❤❤
@user-hx7yv8nd9b
@user-hx7yv8nd9b 3 ай бұрын
Eginner Tellila namaa jabaa nuuf jiraadhu obbooleessa keenyaa hamtuun siin argiin❤
@GGU900
@GGU900 3 ай бұрын
Guddaa galatoomi Inj. Taliilaa rabbii fayyaa fi umrii siif haa kennu🥰🥰🥰🥰🙏🙏🙏 Oromoon waan dhagahe kana itti yaa yaadu wacuu irraa gara itti seenanii dhunfachuutti ce'u dirqama☝️☝️☝️ oromoo mataa hin qabne eessayuu aangoo qabachuu hin qabu fira diinome nutti ta'a☝️☝️☝️
@AbomaAbdissaOlaa
@AbomaAbdissaOlaa 3 ай бұрын
Taliilaa moo Taliilaa!!!! Kabaja guddaan siif qaba. Umurii dheera dhu, Waaqayyoo fayyaf nagaa siif haa kennuu!!!!
@KangaroAustralia
@KangaroAustralia 3 ай бұрын
Thank you brother. Eebbifami
@UmerAbdulhamid
@UmerAbdulhamid 2 ай бұрын
Waan bareeda jabaadhu Taliila oromoon ilma akkasii dhaabbata Airline keessaa qabaachuun waan gaariidha garuu Amantii hindhaadhessin sun bakka qaba asitti oromoon hundi kan si hordofuuf dhimma tajaajilaa ati ummataaf kennituuf malee amantiin dantaa dhuufaa keetiti isa Churchitti dhaadhessitaa dhiisi
@Eoro12309
@Eoro12309 3 ай бұрын
Very nice interview. Eng Telila please keep it up may God be with you through out your life.
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 3 ай бұрын
Inji Taliilaa wowowow Sabonnaa keenyaa umurii nuf dheeraadhuu❤🎉😢 Efi atis nu jiradhu❤
@tedesutt9733
@tedesutt9733 3 ай бұрын
Dhuga dubachufi bayye bayyen si diqisifadhe sanyi ofi qali inj taliilaa.❤❤
@gelanakule5443
@gelanakule5443 3 ай бұрын
waaqayyo Bara irratti bara siif haa dabalu , Barrike haafe haa eebbifamu 🙏 Modela dhalootati ati waan guddaan sirraa baradhe nuu jiraadhu Guddaa SI jaallanna ❤️
@dabalebonsa1138
@dabalebonsa1138 3 ай бұрын
Very smart and humble guy. Get be blessed!
@oromiyaabiyyaakoo9715
@oromiyaabiyyaakoo9715 3 ай бұрын
Jabaadhuu jaabaa koo ilamaa sabaa dhugaa na Gamachisaree hojii kee wanii garaa koo keessaa dubaatee. Thank you so much
@user-dv7ir4dz3f
@user-dv7ir4dz3f 3 ай бұрын
Waaqayyoo lubbuu kee haa eeguu nama jabaadha ati Amantii keettis nama jaba hojii keettis nama jabaaumurii dheeradhu mo'aa tv isinis galatoomaa
@AbomaAbdissaOlaa
@AbomaAbdissaOlaa 3 ай бұрын
MY God! What a wonderful man this is!! Ooo Lord!
@meseretalemu1693
@meseretalemu1693 3 ай бұрын
Beekaa koo umuri dheeraa nuuf jiradhuu lafaa deemtuu hundattii waaqayyoo dhugaa sii haa dubisuu ,hubanaa kana caalaa sif haa baayisuuu❤❤❤❤❤ galatomaa
@mastuforjesus8567
@mastuforjesus8567 3 ай бұрын
Ebbifamaa dhugaa waaqayyoo bara jireenya kee ebbisuu ❤❤❤
@bontufeyisa
@bontufeyisa 3 ай бұрын
Injineer Taliila edduun sin Ajaa'ibsifadhe guddaa galaatomii umriin kee nuuf haa dheeraatu mo'aa TV nama jabaa kanaa nuuf fiduu keessaanif ulfaadha ❤️
@SenaEbisa
@SenaEbisa 3 ай бұрын
Galatoomaa Eng.Taliilaa . This is great news!
@tsigealemu886
@tsigealemu886 3 ай бұрын
Engineer Telo naman bayee jaladhufi ittin bonu waqayoon bara jirenya kee haa eebbisu! Mo'aa TV Thank you so much Engineera qaxalee kana nuuf dhi'esu kessnif 🙏
@shitayeolana6401
@shitayeolana6401 3 ай бұрын
Amayyu waaqayyo egumsassa si irra adda hin basin jabadhu hojji garii hojete
@user-qc9yu3vc6z
@user-qc9yu3vc6z 3 ай бұрын
injinar Taliila dhugan sii biratii ifaa bahuu ishii bayeen gamadee hacucaan wajjiraa motumma gurguddo kessatti dhalaa oromoo irratti tahaa turuu isaa fi siraa gahuu isaa argeen bayeen bohee, taree gootota oromoo kesaa jirtaa, dhiraa meesha malee qabsahe dha ati. qabsoon waraana deemu qofaa mitii qabson atii gotee barnoota gudaadha jabadhuu leencakoo.
@rabbirraailmasabaa7867
@rabbirraailmasabaa7867 3 ай бұрын
Nama jabaa oromoon qabdu keessaa isa tokko jabaadhu taliilaa ko❤❤❤❤❤❤ (Warra mo'af yaada xiqqoon qaba, Media siyaasarraa bilisa ta'e hamma keessan media jaaladhu hin qabu keessumaa hundeessaa TV mo'aa Dr Gammachis hedduun jaaladha Garuu wanti gaaffii natti ta'u namoonni isin asirratti affeertan hundi naannoon dhaloota isaa #naannoodhuma_tokkoom ???? Maaliif godinoota biraa hin affeertan kun dadhabbii keessan keessaa isa guddaadha kanaaf kana sirreessaa 😢😢😢😢😢😢 Namoota gurguddaa irraa kaastanii hanga ijoollee xixiqqootti kan isin affeertan godina tokko qofaadha that is not fair
@user-mh1oi6jj5m
@user-mh1oi6jj5m 3 ай бұрын
Sanyii leencaa lencumaa ijii amtuu sii hin argiin Taloo nuf jiraadhuu qeerransakoo 💪💪💪🐅🐅🐅🐅🐅❤❤❤❤❤❤❤❤💋💋💋💋💋💋
@gech6991
@gech6991 3 ай бұрын
Dhugaa jiru Ummata Oromoof ibsuuf kee bayyen sigalateeffadha. Jiradhuu rabbi ati hamantu siya tiksu, Abbichuunis kana irratti akka si deeggaru abdiin qaba.
@Sadiabdirahman
@Sadiabdirahman 3 ай бұрын
Galatooma umrii nuf dheraadha bayyee sii galatumfaanna kan akkaa keetii nuf haa bayyatuu rabbiin siiwajjin haa jiraatuu
@alnagaasaa134
@alnagaasaa134 3 ай бұрын
Warri bara sana meeshaa barumsaakee saamee ammas taa’itarra jiru bekii. Amaaimoo dhalota si boda jiran irrati waan kana caalu goochaa jiru. Lubbuu ballesa jiru
@esiyakmengesha8447
@esiyakmengesha8447 3 ай бұрын
Inj.Talilaa guudaa Galatomii waan nuun inbeeknee nuubarsiftee👍👍
@latiteferigetahun72
@latiteferigetahun72 3 ай бұрын
Nuuf jiraadhu. Engineer Talila Dheressa
@assefaejetabirmechu548
@assefaejetabirmechu548 3 ай бұрын
Inj. Taliilaa University Jimmaa ttan beeka! Gaafa san Ijoollee sabboonummaa Oromummaa qaban keessaa nama tokko ture. keessattuu, Gumiin Dagaagina Afaan, Aadaa, fi Seenaa Afaan Oromoo ijaaranii keessumaa gaafa ijoolleen oromoo qophii ta'e sababeeffachuun wal geenyu 'guyyaan sun' ayyaana Oromummaa guddaa akka ta'uu fi sagantaa guddaa "qaama hunda raasu" taasisan keessaa nama hangafaa ture. #Yoosan-Guutahun (innis barata university Jimma ture) gaafa inni sirba Alii Birraa 'Assaabala'oo' jedhee sirbu Oromummaan lafaa ka'ee ol'jedheee dhaabbatee lafee fi dhuka godhatee 'Bagan Oromoo ta'e' si jechisiisa. Hundee Dhugaasaa faan immoo Pirezedaantii Gamtaa barattootaa waan tureef (innis nama oromummaan mataa isaarratti margee daraaree ija godhate dha) harka jabaa of-gubbaaraa qabaachaa waan turreef; oromummaa irratti hojiin jajjabaan hojjetamaa turee jira. Gabaabbinaan, qaamni itti fayyadamu yoo jiraate namni kun nama karaa hundaan guutuu waan ta'eef itti hin kasaaru. Dep't isaa keessaa namootaa baay'ee dep't sana seenan baay'ee keessaa eebbifaman qofa osoo hin taane, nama fannisee eebbifame dha. Obboleessoo ! Proud of you!
@kenenibersisa1579
@kenenibersisa1579 3 ай бұрын
Inj.Taliilaa beekaa keenya nuuf jiraadhu,ijji hamtu sinargiin, fakeenuumaa gaarii quuqama hawaasaa,I'm proud of you ❤
@kifleayana7273
@kifleayana7273 3 ай бұрын
Qaxalee Nama! Siin boonnaa Engineer! Sagantaa bareedaadhaa! Happy Easter ! Eebbifamaa 🙏🏾
@alberteinstein9034
@alberteinstein9034 3 ай бұрын
Enjiner thanks for all u make fir our society
@ObsaaBazawu
@ObsaaBazawu 3 ай бұрын
Dhugaa dha baayyee waanta bareedadha nu barsiise❤❤❤❤ garuu Enj Talilaa nuf kunuunsa
@LawofGod
@LawofGod 3 ай бұрын
Wonderful interview! Great man of nejooo! Wollega ! Beside he is a child of God ! Respect 🫡
@dirotolosa1150
@dirotolosa1150 3 ай бұрын
Adorable Man!!
@eirbaya5517
@eirbaya5517 3 ай бұрын
Ameeeeeeen Ameeeeeen Eebbifamaa Eebbifamaa 👏🤲🤝❤️💚😢🎉
@Diriba_Fufa
@Diriba_Fufa 3 ай бұрын
Wow! Injinar Taliilaa Waaqayyo bara kee haa eebbisu. Si wajjin jirra jabaadhu!
@AlemayehuTeshome-jq4pe
@AlemayehuTeshome-jq4pe Ай бұрын
God bless u brother
@sitotawberhanu4279
@sitotawberhanu4279 3 ай бұрын
You are our real hearo. God bless you.
@girmawaktola8858
@girmawaktola8858 3 ай бұрын
Waaqayyoo baraaf yeroo keessan haa eebbisu.ulfaadhu Injeneeraa keenya.
@user-mm5uh8zx9o
@user-mm5uh8zx9o 3 ай бұрын
❤❤❤ T, mo'aa ebbifammaa namaa jabbaa kana nuu dhiyyessuu kessaniif galataa guddaa qabduu jabadhuu. Nama jabbaa ilmaa oromoo waqayyoo baraa fi jirenyaa kee haa ebbissuu❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
@sabelfayeza9921
@sabelfayeza9921 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉እውነት ነው ኢትዮጵያዊነት አድነት በጣም የወረዱ ነሠቸው በዘረኝነት የተጠራቀሙናቸው ለዛም ነው መግስትን ዝቅ አርጎው።።የሚያዩት ❤
@tashomedassale4460
@tashomedassale4460 3 ай бұрын
Eng. Talila sitti booneera I'm next to you my role model ❤️❤️❤️
@gemechufikadu1241
@gemechufikadu1241 3 ай бұрын
Nama jabaa bara kana Oromoon qabdudha dhugaa bulii nuuf jiraadhu MO'AA tv qophii akkas bareeduuf dhalootaaf barnoota guddaa dabarsu waan qopheessitaniif guddaa galatoomaa🙏
@tesotube
@tesotube 3 ай бұрын
Inj. Talila Nama Jabaa Oromooti Jabaa keenya
@AbireAlexAbire
@AbireAlexAbire 3 ай бұрын
man of the century
@urgessasoressa
@urgessasoressa 3 ай бұрын
Enj. Talila!! God bless you abundantly!!!
@berhanetesema6906
@berhanetesema6906 3 ай бұрын
Amen amen ×100
@dawitsileshi5042
@dawitsileshi5042 3 ай бұрын
What a generation!Ani kanan jedhu mee namni wallagga sanatti dhalatu eenyummaasaaf akkam iddoo qabaa!gandummaa hin jedhiinaa hadaraa waaqayyoo.namni Kun qaaliidha,hayyuudha,ergaan koo mootummaan nageenya ramaduufii qaba!eegumsatu barbaachisa!
@user-wo1nz6li3h
@user-wo1nz6li3h 3 ай бұрын
Waaqayyo si haa ebbisu.
@KebedeBeresa
@KebedeBeresa 3 ай бұрын
Dhugaadhaa TV Mo'aa irratti ani hundaa isaan dhageefadhe nama akkasii fi dhugaaf dubbattu qabaachuu keenya baayee natii Tole kun dillbii qabeenyaa hin dhumnee waan ta'eef sirritti kununfaachuu qabna.
@AmanuelEtefa-rd1rm
@AmanuelEtefa-rd1rm 3 ай бұрын
I'm proud of you!
@mulugetageremew214
@mulugetageremew214 3 ай бұрын
Nama guddaa akkakee kan waan hedduu irraa dhaalan qabaachuun keenya hedduu na boonse.... Siin boonna Eng. Talila
@bayetitesso
@bayetitesso 3 ай бұрын
Namaa Jabaa Qabna Baay'ee Siin Boona Waaqni Siifaana Haata'u. ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@birhanutolasa7062
@birhanutolasa7062 3 ай бұрын
Talila Blessed for your incredible acts.
@ashrafmajali7422
@ashrafmajali7422 3 ай бұрын
Wowwww jabbaa keenya nuf jiradhuu❤❤❤
@user-ln8qv4bc1g
@user-ln8qv4bc1g 3 ай бұрын
Atii dhugumaa qaalii keenyaa nufjiraadhaa ijiner T😘❤️❤️❤️❤️❤️🥰🥰🥰🥰🥰🥰💚✅
@yadetakitila7126
@yadetakitila7126 3 ай бұрын
Ati nama Waaqayyooti. Umurii dheeradhu. Waaqayyo dachaa dachaa si haa eebbisu.
@OlifanTilahun
@OlifanTilahun 2 ай бұрын
Yes
@birteebenyaa4825
@birteebenyaa4825 3 ай бұрын
www bayee sitting gamadeee dhugaa ebifamii hasofinii namaa kirstanaa akkamii miayaa❤❤❤❤❤❤
@adaneyadeta130
@adaneyadeta130 3 ай бұрын
One day you will be the CEO of EAL. Keep working hard.
@Milkiihabtamu28
@Milkiihabtamu28 3 ай бұрын
Nuuf jiraadhu saboona oromoo nama akka kee afaan ,adaa fi seena oromoo falmuu waqayyo waan nuuf lateef hagaltoomu
@david44929
@david44929 3 ай бұрын
Nama jaba Oromo qabu keessa ati tokko rabbii sii haa egu!
@BontuBoru
@BontuBoru 3 ай бұрын
Engineer Keenyaa Jabaa Keenyaa 1k Nu Jiraadhu Jabaadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@ko-keafrica6468
@ko-keafrica6468 3 ай бұрын
Oromon akka sabaati motumaan biyya bulchu gurbaa kana eegachuuf kunuunfachu qaba. He is brilliant 👏
@BadadaBadadatadasa
@BadadaBadadatadasa 3 ай бұрын
Our hero I'm so proud you engender Telila thank you so much
@aberashayele66
@aberashayele66 3 ай бұрын
Eebiffamii qaxalee Najoo
@biruk-bk
@biruk-bk 3 ай бұрын
Telila 🎉🎉🎉
@girmaadere4221
@girmaadere4221 3 ай бұрын
Really you are great!!!
@user-rq1xv3ky7u
@user-rq1xv3ky7u 3 ай бұрын
Eebbiffammaa ❤❤❤❤
@adisumekonen4352
@adisumekonen4352 3 ай бұрын
Jabaadhu❤❤❤
@amentiwakjira7995
@amentiwakjira7995 3 ай бұрын
Umurii dheeraa naaf jiraadhu warqeeko! Ga'anii waan hundaa arguun eebba garuu immoo irraa barachuun isa caaluu dha. Horii Buli!
@user-pq3mc7il4r
@user-pq3mc7il4r 2 ай бұрын
Nuuf jiraadhuu ❤❤❤❤ jabaa Namaa
@YeronGemechu
@YeronGemechu 3 ай бұрын
Waaaw bro it is amazing keep it up Leencaa koo!!!!!!
@lelisaumeta7449
@lelisaumeta7449 2 ай бұрын
Tale bayye sitti gammadee dhugaa ❤❤❤
@PaulSima-be2mh
@PaulSima-be2mh 3 ай бұрын
Baayee kan nama barrsiissu,yaachiisu,onaachisuu fi nama jajabeessu waan ta'eef Waaqayyoo hunduma keessaan ha'eebbisu jechaa waan toon baayee akkauma kana dhokatanii kan jiran hawassa balaa kana barsiissuuf boodatti hin deeb'ina. Waaqayyoo bara keessaan hundumatti hirkoo fi tikisee jabaa isniif haata'u. Tviin Mo'a akuma Maaqaa isaa Mo'a aadha.
@wubalemhunde4315
@wubalemhunde4315 3 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-nb7xs6zk8n
@user-nb7xs6zk8n 3 ай бұрын
Inj. Taliilaa Guutama hojii nama boonsu dalagde .May God protect you and your family
@prince_havier
@prince_havier 3 ай бұрын
Eng . Keenya si jaallanna jabadhu,❤❤❤
@user-qv7yy1ru4v
@user-qv7yy1ru4v 3 ай бұрын
Ati Nama jabadha
@GadaaTola-qj2im
@GadaaTola-qj2im 3 ай бұрын
Wowww Bayyee Waan Nama Barsiisuudha Ulfaadha Jiraadha❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@massuuwallagaa8448
@massuuwallagaa8448 3 ай бұрын
Ameeeeeeeeen
@zaynaba4355
@zaynaba4355 3 ай бұрын
Rabin sihaa eguu ijnrii❤❤❤❤❤♥️♥️♥️❤️❤️❤️❤️❣️❣️❣️😘
@proggenius2024
@proggenius2024 3 ай бұрын
Dhugaa Rabbi ati goota biyyaati. Goonni bakka jirutti sodaa malee kan dhugaaf dhaabbatuufi dubbatudha. Bayyee si jaalanna, Rabbikee akkuma kana dura si eegetti maatiikee waliin kana caala si haa eegu. Anaan dabalatee namoota bayyeef haalota daandii xiyyaara keenya keessa jiran ija akka banteefi kayyoo keenyaafi waanta dhugaaf akka dhaabbannu fakkeenya gaarii akka taatu shakkii hin qabu. Kanammoo cimnee barannee akkakeetti abshaalummaan qabsaa'uutiin jijjiiramni dhufti. Galatoomi, hayyuu teenya. Anaaf ati Taddee Birruun gadi miti. Akkasumaan nuuf jabaadhu, kana caala eebbifami.
Aartii Mo'aa - Tiktookeroota Waliin
32:07
MO'AA TV
Рет қаралды 3,1 М.
女孩妒忌小丑女? #小丑#shorts
00:34
好人小丑
Рет қаралды 7 МЛН
Doing This Instead Of Studying.. 😳
00:12
Jojo Sim
Рет қаралды 31 МЛН
Schoolboy - Часть 2
00:12
⚡️КАН АНДРЕЙ⚡️
Рет қаралды 16 МЛН
Fortunately, Ultraman protects me  #shorts #ultraman #ultramantiga #liveaction
00:10
Etv- lnj. Talilaa Dheeressaa Waliin . . .
1:05:14
EBC
Рет қаралды 2,7 М.
እንደሴት ሺቲ ለብሼ እጠነቁል ነበር |ኢየሱስ ከዚህም ጉድ ያወጣል|
1:08:00
christian tube ክርስቲያን ቲዩብ
Рет қаралды 10 М.
Fayyna Battalaa | Raajii Masarat Taayyee |   @araratvworldwide
47:47
ARARA TV WORLD WIDE
Рет қаралды 11 М.
JABAA || Tamagn Muluneh || Faarfannaa Afaan Oromo || Protestant Mezmur 2024
11:47
Tamagn Muluneh Official
Рет қаралды 467 М.
Keessummaa Qophii Addaa- Dr.Girmaa Ayyaanaa,  Kaanaadaa irraa
55:23
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 11 М.
女孩妒忌小丑女? #小丑#shorts
00:34
好人小丑
Рет қаралды 7 МЛН