YAADANII FI HIRPHAAN DHUGUMAMOO...? ISAANOO MAAL JEDHU!

  Рет қаралды 103,035

JCP CHURCH

JCP CHURCH

3 жыл бұрын

Sagantaa Maatii Waaqayyoo qophii addaa, bashannansiisaa, kanneen akka eebba albeemii, eebba kitaabaa, faarsaa qeenxee, eebba kitaabaa haaraawa, kan yeroo irratti fuulleffachuudhaan, kan irratti isiniif darban sagantaa Maatii Waaqayyoo hordofaa.
TORBAN TORBANIIN KEESSUMMAA HAARAA!
subscribe our u-tube channel!!!
JCP CHURCH A CHURCH OF JESUS CHRIST.

Пікірлер: 217
@mahdisalme6463
@mahdisalme6463 3 жыл бұрын
walirraa bareeduu ijoolee waaqayyoo tokkoo isiini haa godhuu
@farhalgamdi6422
@farhalgamdi6422 2 жыл бұрын
Ebbiifama ebbiifama waaqayyoo isinifa ebbisuu obboolotako 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏💯💯💯💯💯💯
@user-yj8of3qc4p
@user-yj8of3qc4p 3 жыл бұрын
Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa
@caaliiarsii749
@caaliiarsii749 3 жыл бұрын
Ergaa ijoolumaati waajjin guddatani wal fudhaa
@tgquunobsee8907
@tgquunobsee8907 3 жыл бұрын
Yadiini bayye si jaladhaa dhugaa waaqayyoo maalif garuu ❤
@tsihonem4752
@tsihonem4752 3 жыл бұрын
Wow Namatii Toltuu Dhugaadhaa moo Jaalala Obbullummaaraas kan Caaluu hin jiruu Eebifammaa I love you so much yadduu❤ and hirpoo❤🙏🙏Ammas itti fufaatii waajin Tajajilaa
@takaludabalaa8968
@takaludabalaa8968 2 ай бұрын
Ebiifamaa ❤❤❤ ijoollee waaqayyoo
@binacreatives7648
@binacreatives7648 2 жыл бұрын
Osoo ana tae yesuus na gaafate garu akka inni lubbu hundumaa wae isaa seeran hubachisee akkan isa itti amanuti akka isaan amanan gochisiisa.. Dhugaa rabbi
@worshiptones9396
@worshiptones9396 2 жыл бұрын
Wow
@user-jp3pe5ud6x
@user-jp3pe5ud6x 9 ай бұрын
Lakki obooleesa ykn obbolleetti koo iyeesus wangeela matiyoos irra kaassee hamma dhuuma kakuu haraatti waee isaaffi wa'ee kirristanuuma tolchee nuu barsiisa knf hin doogogooriin macaafaa duubiifadhuu akka jeedhee yasuus fafaa ulfiinan garaa abba isaatti ol fudhaatamuuf jeedhuu bartooa isaatiin dhaqaaatti sabba huunduma maqa abba kan ilma hafuura qulquuluutti cuubaatti bartoota koo goodha jeedhee galatooma naga wajiin worki irra eebbifama
@hadhaako
@hadhaako 2 жыл бұрын
Wwwwwoooo Koo yado and hirphoko😍🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰 ijoole kaku jiradhaa♥️♥️♥️♥️♥️💕
@firomsandewo3299
@firomsandewo3299 3 жыл бұрын
Eebbifamaa , dhugumattuu waliin miidhagddu , gaaddisa maatummaa isa dhugaatu isinirraa hanga'ee calaqqisa ... guddadhaa bara keessan dachachaa dachaan yaa eebbisu Gooftaan ... 🙏🙏🙏 Yaaduu Giiftii koo obboloota ( 4+ Hirphoo )= 101❤🙏❤
@keetoraancaltuuagaa5430
@keetoraancaltuuagaa5430 Жыл бұрын
Ebbifamaa 👏 gafii babaareduu dhiyestan
@naolgebisa3461
@naolgebisa3461 3 жыл бұрын
Waaqa haagalatefamu jabaadhaa 👌👌👌
@ayantujesus5633
@ayantujesus5633 3 жыл бұрын
Wow Malo ijoolee kakuu ebifama dachaa isiin jaladha Malo waqayyon kadhadha walwajiin ga, elaa dhabadha karorsa isiinf rawata 🤲🤲📖📖🙏🙏
@uaess9428
@uaess9428 3 жыл бұрын
Achumaan waliti dammarama baqaa
@galoocawwaqa1620
@galoocawwaqa1620 3 жыл бұрын
Ijolee kakkuu nuuf jiradhaa baay'ee isiin jalanaa 💘💘💞💞💞👏👏🙏🙏
@oromoooromiyaa7231
@oromoooromiyaa7231 3 жыл бұрын
Woow gudaa eebbifamaa namsti toltuu may God bless you 🙏 💕💕💕💕💚💚💚💕💕💕
@dal9093
@dal9093 3 жыл бұрын
Wow dhugaa baay'ee namatti toltu eebbifamaa isin jaallana 💟
@elsaarega2607
@elsaarega2607 2 жыл бұрын
He is so blessed very anointed voice beautiful
@gutuabeya5378
@gutuabeya5378 3 жыл бұрын
Waaqayyoo ammayyuu Jireenya hafuura keessan haa eebbissu.
@frans2tube203
@frans2tube203 3 жыл бұрын
haaboo waaqayyoo ayyaana isaa dhugaa isiiniif haa bayyisuu ebbifaama nuuf jiraadha!!!!!
@chaltufayisa1400
@chaltufayisa1400 3 жыл бұрын
Ebbifama yadani &hirphaaa 💜💙💚💚💛💓🙏🙏🙏
@TopiTube
@TopiTube 3 жыл бұрын
"Waaqayyo gaariidha" H&Y I love you so much!
@binizewdu64
@binizewdu64 3 жыл бұрын
Yado and Hirpa,,, U are blessed!
@burtukanteshome1928
@burtukanteshome1928 3 жыл бұрын
Jabadha bayye namati tolatuu gorsa gababadu hirpha yeroo shashabadu akka sirba gochu dhaqaxa garuu sagalee kee faruu kee bayee namati tolee itti ebifamasi f/Hirpha sii kabajan sii jalan jabadhu kana cala amma dhumati gofta sii dhabuu🕊🕊🕊📖📖📖🤝🤝 Yadan akkasum bayyee sii jalana garu yeroo gara iddoo arsa itti farfatuu ufata kee gababa in futi jalala gofta yaduu koo nuu jiradhuu ebifama bayye sii jala amma dhuma itti tajajila😍🕊📖📖🤝
@galledaniel3847
@galledaniel3847 3 жыл бұрын
Woow blessed singers baayye issin jaallada😍
@simosimo-ji1bi
@simosimo-ji1bi 3 жыл бұрын
Hirpaa bayen sii jalladhà sagallekee waqayyo ebbisee sii kenne kaannas dhagefadhee hin qufuu ummurikee haa dhereesuu barra kessan haa ebbisuu waqayyo
@beyenegeremew1648
@beyenegeremew1648 2 жыл бұрын
Namatti toltu Eebbifama, Kan walitti shakkamtan sana dhugoomsa, kanarra waldeeggaruu dandeessuufi malee garuu namni waan jedheef miti.
@johnolika2591
@johnolika2591 3 жыл бұрын
qophii bareedduuuu Maatii Waaqayyoo eebbifamaa
@ganiiyoutube7876
@ganiiyoutube7876 3 жыл бұрын
Ebifamaa Ayanii waaqayyoo isini yaa bayatuu
@gannatwarii7900
@gannatwarii7900 3 жыл бұрын
Dhugaa nuf jiradhaa bayee isin jalan ♥️♥️❤❤❤❤♥️
@yerosaanjf9922
@yerosaanjf9922 3 жыл бұрын
Wawoo Ebifamaa sabaa kakuu bayee namati toltuu 🙏🙏🙏💟💟💟✅
@biftuaba8238
@biftuaba8238 3 жыл бұрын
Baayee namatti tultu akasumas farfanaa kessan itti heddun ebbifame. Waqayyoo ammalle isiin haa ebbisu. Namoota midhammaa adda addaa qabanni jamma yookiin duuda jenne wamuun ilalaacha gaarii miti. Namoota akkasii kana kan midhamaa ijaa qabaan, midhamaa gurraa qabaan jedhamun wamamuu.
@user-hu9pj6nc6v
@user-hu9pj6nc6v 9 ай бұрын
Yaadanii faarfannaa keetti eebbifameera,gooftaamkoo sihaa eebbisu.(i blessed your song my god is bless you. 17:49
@blinebline9518
@blinebline9518 3 жыл бұрын
Nuuf jiradhaa ijoolee yesus 🥰🥰🥰🤩🤩🤩😘😘😘😘
@Lalo-hg5wp
@Lalo-hg5wp 3 жыл бұрын
Eebbifamaa
@koofiabdiijiraa6338
@koofiabdiijiraa6338 3 жыл бұрын
Ameen Ameen ebbifamaa
@Siifjira1000
@Siifjira1000 3 жыл бұрын
Eebbifama guddaa jaalatamtota keenyaa ❤️
@keno6353
@keno6353 3 жыл бұрын
Eebbifamaa, animmoo wal f.....seheen gammadaa ture, wal biraa baredduum, akka fedhasaa😉😍
@uaerak2375
@uaerak2375 3 жыл бұрын
Uuuuuuuffff baayy.ee namatti toltuu eebbiifamaa maatii eebbaa ta aa ❤💚❤💚
@sorsesarbesa2532
@sorsesarbesa2532 3 жыл бұрын
Wow bayyee namtii tooltuu jabadhaa bayeeni isnii jaladhaa dhugaa ijoolee kakuu
@user-pe1kd7jo9z
@user-pe1kd7jo9z 9 ай бұрын
Woooooww❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉ebbaaf taha
@mastumucakaku4188
@mastumucakaku4188 3 жыл бұрын
Ebbiffama waqayyo sin haa ebbisuu
@firomsandewo3299
@firomsandewo3299 3 жыл бұрын
Amee jabaadhu jajjabaadhu waan guddaa sirraa eegna ... daa da da daa da da daa da da daaaaa.... kan garaa na raasu hin jiru.
@beektu8871
@beektu8871 3 жыл бұрын
Eebbifamoowwaan Maatii kakuu gaafif deebin keessan baay'ee namattii tolaa ittii nuu fufaa eebbifamaa
@sooreetube9726
@sooreetube9726 3 жыл бұрын
Utuu yesuus natti dhufee nagaafate jaalala nuuf kennin jedha
@UserUser-ws7oc
@UserUser-ws7oc 3 жыл бұрын
Wawo ijolleen bayyee jaalladhuu naf jiraadhaa
@sifanmalaku7260
@sifanmalaku7260 3 жыл бұрын
ebbifama.bayye.namati.tola.ijole.kaku.🙏🙏❤❤❤❤
@leloomulu8577
@leloomulu8577 3 жыл бұрын
Wooww dhugaa ebifamii waqayoo issin haaebisu ❤❤❤❤
@caaltuubaqqalaauser543
@caaltuubaqqalaauser543 3 жыл бұрын
Bayee garidhaa jabadhaa dhugaa barumsaaa gudaaa qabaa waqayyoo ogumaa kanaa callaa sinuf haa kunee ebifaa
@almewako6613
@almewako6613 3 жыл бұрын
Baayyee gaaridha eebbifamaa
@scopemobile9467
@scopemobile9467 3 жыл бұрын
Waqayoo issiin haa ebisuu ebifaama ijolee waqayoo
@user-jp3pe5ud6x
@user-jp3pe5ud6x 9 ай бұрын
Uuuuuffffeeee ba'ayeee namattii toltuu dhuuga jalatamtoota maattii waqayoo eebbifama ba usiin jaaladgaa❤❤❤❤❤
@user-be1hy7mt9n
@user-be1hy7mt9n 5 ай бұрын
Waqayyoo isiin haa ebisuu ayyanaa isaa siinhaa bay'isuu ❤❤❤❤
@gmmgreatmissionmedia8178
@gmmgreatmissionmedia8178 3 жыл бұрын
eebbifamaa dhugaa yaadii fi hirphaa
@user-ih7yz8po3k
@user-ih7yz8po3k 3 жыл бұрын
Eebbifamaa ijoollee kakuu! ❤❤❤❤
@adiitube7100
@adiitube7100 3 жыл бұрын
Eebbifamaa hedduu namatti toltuu ijoollee kakuu!
@user-rf1tz1mp5g
@user-rf1tz1mp5g 3 ай бұрын
Waaqayyoo Isin Haa Eebbisu Yaadooofii Hirpha Baayyeen Isin Jaalladha
@tigistitube6405
@tigistitube6405 3 жыл бұрын
Wwooww ebbifaamaa ijoollee gooftaa🙌
@user-tz6is6ei8x
@user-tz6is6ei8x 3 жыл бұрын
Eebbifama Eebbifama ijoollee gofta
@wodehord7063
@wodehord7063 3 жыл бұрын
Eebbifamaa waaqayyo isin haa eebbisuu
@lidiwaklidowakshuma5522
@lidiwaklidowakshuma5522 3 жыл бұрын
Wow nuu jiradha waqayyo amas dabale dadabalee ayaana dachaan isiniif haa bayisuu
@tigistdinsa4392
@tigistdinsa4392 3 жыл бұрын
Eebbifamaaa baayeee namati toltu
@aberadamiseofficialyoutub
@aberadamiseofficialyoutub 3 жыл бұрын
Osoo Ana ta'ees Ergaa Roomen filadha.
@biggadise5542
@biggadise5542 3 жыл бұрын
Heddu namatti toltu eebbifamaa!🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@mamofekade7835
@mamofekade7835 2 жыл бұрын
Wow amazing teach
@isowedajo8745
@isowedajo8745 3 жыл бұрын
ebbifama
@megersajote803
@megersajote803 Жыл бұрын
Waaqayyoo isin haa eebbisa
@lensafikadu4159
@lensafikadu4159 3 жыл бұрын
Waaqumti isin haa eebbisu
@elsaarega2607
@elsaarega2607 2 жыл бұрын
He is my favorite singer
@kenbonregase3351
@kenbonregase3351 3 жыл бұрын
Yaadanii!!best communication
@asterjesus594
@asterjesus594 3 жыл бұрын
Gooftaan koo isin haa eebbisu. Ijoollee kakuu
@birtukangurmu
@birtukangurmu Жыл бұрын
Thanks guys be strong continue
@nardiiwallaggaa9698
@nardiiwallaggaa9698 3 жыл бұрын
Haala keessaan sirreeffadha sirba fi faaruu Adda baasu walallee
@kiiyyasumaabdiinkoojesus5468
@kiiyyasumaabdiinkoojesus5468 3 жыл бұрын
Wwwwwwoooo welcome akkan siin Jaaladhu nuuf jirradha
@martymg9151
@martymg9151 3 жыл бұрын
It so amezing life🎀🎁
@tsahaayiwaagari3632
@tsahaayiwaagari3632 2 жыл бұрын
Waaqayo siin haa ebiisu ebiifama ayaana saa siinif haa baaydhisu daarba deema
@biniyammulugetamulugetadis189
@biniyammulugetamulugetadis189 3 жыл бұрын
Eebbifamaa!
@azitieyesuse1145
@azitieyesuse1145 3 жыл бұрын
Yadeni koo obbelsa koo hirpa ba'yen sinejaladha❤❤
@user-cf6sw1hw5j
@user-cf6sw1hw5j 2 жыл бұрын
Eebbifama
@worldpeacepeace6985
@worldpeacepeace6985 3 жыл бұрын
Ammmeeen.ammmeen.🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😍😍😍😍
@laliiwaaqayyogaariidha2927
@laliiwaaqayyogaariidha2927 3 жыл бұрын
Maati taatani waliin turtani walumaan ojjetoota kiristoos ta'uunkeessan dinqiidha ayyaanomtaniittu
@yakobtesfaye470
@yakobtesfaye470 3 жыл бұрын
Eebbifamaa
@susisisyxdudidusg7459
@susisisyxdudidusg7459 3 жыл бұрын
Eebifamaa ❤️ ❤️ 🙏 🙏
@alemigutemaa6570
@alemigutemaa6570 2 жыл бұрын
Eebbifamaa dachaa dachaa
@gelasafikadu132
@gelasafikadu132 3 жыл бұрын
Wooow wel come
@boniitube8775
@boniitube8775 3 жыл бұрын
ebbifamaa isin jaladha
@dasugadisa8963
@dasugadisa8963 8 ай бұрын
Wooooow amizing interview ❤❤❤❤
@yosefdiriba182
@yosefdiriba182 2 жыл бұрын
GOGD BLESS U .
@kooketiimucaakakuu7131
@kooketiimucaakakuu7131 3 жыл бұрын
Ebbifamaa y&H jiradhaa namatii tolaa
@galoocawwaqa1620
@galoocawwaqa1620 3 жыл бұрын
Gooftaan isiin haa ebbisuu ebbifamaa ebbifamaa
@obseeguutaa5234
@obseeguutaa5234 3 жыл бұрын
Eebbifama
@kiyyaatube9073
@kiyyaatube9073 3 жыл бұрын
Eebifamaa maati waqayyoo
@oromo_oromia_afanoromo
@oromo_oromia_afanoromo 3 жыл бұрын
ወይ ስደት💚💛🧡🧡💛💚💚💛🧡
@welega2624
@welega2624 3 жыл бұрын
Eebbifamaa ijjoollee goofta💏💏
@user-dg1yw6yu6y
@user-dg1yw6yu6y 3 ай бұрын
🎉Eebbifamaaa❤❤❤
@gadisa7553
@gadisa7553 Жыл бұрын
Thanks
@damilefufa3161
@damilefufa3161 3 жыл бұрын
Lamaan keessanuu yoo gaa'ila qabaachuu baattan wal fuudhaamee walitti natti toltan
@sinkeabab8819
@sinkeabab8819 3 жыл бұрын
Ebiifaama. Ebiifaama
@dirribetamasgen5050
@dirribetamasgen5050 3 жыл бұрын
Ebbifamaa Obbolakoo
@tsedalechbusha9097
@tsedalechbusha9097 3 жыл бұрын
Wawowawo bayyee namattii toltuuuuu bayyee I love you very much gays
@ebisamisganu2811
@ebisamisganu2811 3 жыл бұрын
Well come
#SIJAJEE #LiveWorship  #HeavenVoiceTeam #JCP CHURCH
24:02
JCP CHURCH
Рет қаралды 542 М.
Who has won ?? 😀 #shortvideo #lizzyisaeva
00:24
Lizzy Isaeva
Рет қаралды 64 МЛН
Scary Teacher 3D Nick Troll Squid Game in Brush Teeth White or Black Challenge #shorts
00:47
Oromummaan siif maali ? @lidiya derese
27:28
Galo show
Рет қаралды 61 М.
EGEREE COMEDY: DOCTORS
22:25
EGEREE MEDIA
Рет қаралды 390 М.
Yeroo hundumaa - Faar. Waldaa Amantoota Oromoo Naayiroobii (Oromo Christian Fellowship of Nairobi)
12:58
Oromo Christian Fellowship in Nairobi (OCFN)
Рет қаралды 10 М.
ሩታ የእርግዝናውን መልስ ሰጠች.አብርሽ ደስተኛ ሆነ🙈❤️
21:46
Sagantaa guyyaa ayyaana fi af-gaaffii Maatii Faarfataa Solomoon Alemuu waliin
1:22:28
Ijoolleema koo adaraa/Faar.Yohaannis Lammii - Iyyaafannoo
1:03:00
KOFIIN waliin QOOSAA/TAPHA GABAABAA kutaa 2ffaa
23:50
JCP CHURCH
Рет қаралды 149 М.
Addisu waayimaa Faarsa kadhanaa  @2016
23:51
Amanti studio
Рет қаралды 34 М.
KOFIN TEAM || WORSHIP NIGHT || JCP MULTIMEDIA || JCP BAND ||2023
34:10
Роналду совсем другой! 😱
0:45
КиноСклад
Рет қаралды 9 МЛН
And who would you choose?👇
0:20
Kitty Power
Рет қаралды 6 МЛН