Yaasin Adam haala ajaa'ibaan 'dhugumamoo sobaan na jaallattaa' Weelluu Artist Alii Birraan.

  Рет қаралды 13,035

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Yaasin Adam dorgomaa sagalee 2ffaa bahe 'dhugumamoo sobaan na jaallattaa' Weelluu Artist Alii Birraa haala ajaa'ibaan kan inni dhiheesse.

Пікірлер: 34
@fooziyaamohammed4189
@fooziyaamohammed4189 Ай бұрын
Sirba alii birraa fi xilahuun gassasaa nama sagalee gaarii qabuu fi dandeettii addaa qabu qofatuu sirbuu danda'a ni ulfaataa,garuu mucaan kun sirritti bareechee isaan abbootii sirbaatuu caalchisee sirbe. Loogiin isin abbootiin murtii taasiftaniin sadarkaa lammaffaa bahe malee tokkoffaa ture warra dorgome keessaa mitii akka afrikaattuu osoo sirbee tokkoffaa baha ture!
@seifuabubaker2450
@seifuabubaker2450 Ай бұрын
Yaanni barreeysite sirrimaa,loogii osoo hintayin osoo sirriin yaadamee mucaan umrii kanaan hanga marsaa kanaattuu deemuu hinqabu ture,Homa tayeefuu mucaa daaima toffaa baasuun dogogora
@user-mp6vz2zb9f
@user-mp6vz2zb9f Ай бұрын
Gantuu wayii singitan forever Kuni Abba singitan ta'u danda'uu beekii
@BonaBoka-oo6lf
@BonaBoka-oo6lf Ай бұрын
Yasin ilama baalee robe maqaa nutii gotee nuff jira dhugaa waga 1000❤❤❤❤❤
@gamachis5899
@gamachis5899 Ай бұрын
Wowww dhugaa Rabii sii tahu qabaa sadarka 1 siif malaa❤❤❤❤❤❤
@BeHappy-eg6ji
@BeHappy-eg6ji Ай бұрын
Dhugaa waaqa performance kan mucaa xiqqaatu caala waa hundaanuu💯
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 Ай бұрын
Wow❤❤❤
@BonaBoka-oo6lf
@BonaBoka-oo6lf Ай бұрын
Dhugaa sadraka 1 FAA sifii ta. uu qaba yasiye ❤❤❤
@MotiLegese-lh7ir
@MotiLegese-lh7ir Ай бұрын
Sagaleen sound system yeroo dabare Dorgomaa Yaasiin jelaa ta.e jedhamee jelaa gadi buusamee jiraa sagaleen tamsaassa kallatii irraa tureeyyu hanga ta.e ni dhaga.amayyuu erga dhumatee booddee KZfaq irratti kan fee.amees baayyee kan isaa gadi bu.ee jiraa
@najibumer5381
@najibumer5381 Ай бұрын
Ali Birraa Rabbi jannata siif haa kennu
@RozaAman-dn5zl
@RozaAman-dn5zl Ай бұрын
Wow 👌 bayye si jalanna ati tokkofadha yomuu ❤
@DanielTufa-vy6cd
@DanielTufa-vy6cd Ай бұрын
Homaa miti dhugaan guyyaa qabdii
@user-mp6vz2zb9f
@user-mp6vz2zb9f Ай бұрын
Baay'ee gariidha jabadhuu
@NasraYusuf-ex2ue
@NasraYusuf-ex2ue Ай бұрын
Atii nuuf tokkoffadha jabadhu
@user-eo4nq5cn7t
@user-eo4nq5cn7t Ай бұрын
1 turee
@MahemmedAbdalh-lp5tr
@MahemmedAbdalh-lp5tr Ай бұрын
Hedduu baredaa dralii
@user-lf5gh6sq4d
@user-lf5gh6sq4d Ай бұрын
Next oromo music King
@iftuubalee3168
@iftuubalee3168 Ай бұрын
Mucan dorgomtaa mitii artistotaa ni calaa sagalee baredaa 1ffaan isaa😢😢
@alemayehuture9389
@alemayehuture9389 Ай бұрын
1ffaan siif mala ture!
@hashujemal5633
@hashujemal5633 Ай бұрын
Sagaleee kiilooleee kana❤❤❤❤
@jmohammed64
@jmohammed64 Ай бұрын
Don’t joke Hi is the winner 🏆
@Yasinbulaybt24_22
@Yasinbulaybt24_22 Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊
@alemayehugirma8435
@alemayehugirma8435 Ай бұрын
You are 1st. Never hear those judges. Follow your ways....
@IlmiiTube
@IlmiiTube Ай бұрын
Sagalee akkan miidhaga kana kuffisun kessa dongongora gudadha
@YunusJun
@YunusJun Ай бұрын
Tokkoffa bayu kan qabu isa ture
@buzunasime2342
@buzunasime2342 Ай бұрын
1ffaa gaaru murteen kennamee ?????????????????????????????????????????????????
@getachewderese2275
@getachewderese2275 Ай бұрын
1gnaaa
@user-wk8nt5bc7f
@user-wk8nt5bc7f Ай бұрын
Sagalee kiloolee
@seifuabubaker2450
@seifuabubaker2450 Ай бұрын
Inumaayyu kanxumuraa haga dura sirbaa ture hingeenye fakkaata
@BonaBoka-oo6lf
@BonaBoka-oo6lf Ай бұрын
Yasin ilama baalee robe maqaa nutii gotee nuff jira dhugaa waga 1000❤❤❤❤❤
@BonaBoka-oo6lf
@BonaBoka-oo6lf Ай бұрын
Yasin ilama baalee robe maqaa nutii gotee nuff jira dhugaa waga 1000❤❤❤❤❤
@BonaBoka-oo6lf
@BonaBoka-oo6lf Ай бұрын
Yasin ilama baalee robe maqaa nutii gotee nuff jira dhugaa waga 1000❤❤❤❤❤
@BonaBoka-oo6lf
@BonaBoka-oo6lf Ай бұрын
Yasin ilama baalee robe maqaa nutii gotee nuff jira dhugaa waga 1000❤❤❤❤❤
‘Haadha Milkii’- Yaasin Adamin
9:05
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 16 М.
‘Hallayyaa Calanqoo keessaa bookkisa Jaldeessii’- Artist Dajanee Jaalataa
8:59
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 15 М.
Now THIS is entertainment! 🤣
00:59
America's Got Talent
Рет қаралды 39 МЛН
How Many Balloons Does It Take To Fly?
00:18
MrBeast
Рет қаралды 172 МЛН
Clown takes blame for missing candy 🍬🤣 #shorts
00:49
Yoeslan
Рет қаралды 40 МЛН
Midday News in Tigrinya for July 26, 2024 - ERi-TV, Eritrea
17:18
Eri-TV, Eritrea (Official)
Рет қаралды 1,1 М.
'Teessoo nagaafannaan je'een Oromiyaa'  Sirba Qamar Yuusuuf, Singitan Taammiraat, Daddaraaroorratti
12:43
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 204 М.
Nama Jalqabaa, Elikoopterii Shimalaan dha'ee nama  kuffiise!!
24:12
Qaanqee Show
Рет қаралды 23 М.
DURAANUU | GELANA GAROMSA| New Oromo music 2023 |Galaanaa Gaaromsaa|
6:00
OROMIA11: KOMEDIIYAAN WAAQOO FI HAADHA MANAA ISAA.
42:50
Oromia 11
Рет қаралды 509 М.
Djib-Talent | Amina Farah  - Indhaha Aragaga Jecel
4:49
RTD WEB TV
Рет қаралды 15 М.
Eskindir Tamiruu - Lash Godhi - New Cultural Oromo music - 2022
6:08
Толстый солдат всем отомстил #shorts
1:00
настоящий чемпион
0:59
QorabogTV
Рет қаралды 4,8 МЛН
ЧУТЬ НЕ УТОНУЛ #shorts
0:27
Паша Осадчий
Рет қаралды 9 МЛН
Задержи дыхание дольше всех!
0:42
Аришнев
Рет қаралды 2,4 МЛН