Yanet Dinku - Qoosaa Dhiisi - New Oromo, Ethiopian Music 2024

  Рет қаралды 320,404

Yanet Dinku Official

Yanet Dinku Official

29 күн бұрын

QOOSAA DHIISI
Bakkan gahu barbaadee
Bakkan deemullee.
Sin gaafadhu garaan kootu na beekaa
Kaayyon kootuu nattima na akkekaa
Hin dhaabbadhu shakkeetoo dukkanooftullee
Ayyaanuma Abbaa kootu na eegaa
Irraan goru shakkeetoo dukkanooftullee.
Ayyaanuma Abbaa kootu na eega
Lakkii maaloo jarana wal haa kabajnuu.
Qoosaa dhiisii Achuma fagaadhuu halaalan wayyuu?
(godaannisa seenati gadoo namatti taati gadadoonii garaan hin fayyuu. X2)
I. ---CEESISA---
Tabba malaan baha nii karaa lallatanii…
Dolloolloo si geessitii xurree lama goruunii.
Tabba malaan bahanii karaa laallatanii.
Nyaatanii hin nyaanne kakachuudhaa beekaa dogoggoruunii.
Tabba malaan bahanii karaa laallatanii
Awwaareen awwaarumaa bubbeen Jala tollaanii.
Tabba malaan bahanii karaa laallatanii
⁠lafa dhiittee sirbita kophaakee si taajjabe ollaanii.
Tabba malaan bahanii karaa laallatanii…
II. ---CEESISA---
Hin jaaladhu sobaafi Waan jette jettee dubbachuu.
Yoo beeke namni Maal jedhaa, jedhee of irraa laalee ammas gufachuu.
⁠Narraa dhiisi hin barbaadu lama gabroomee yaadaan gubachuu.
Narraa dhiisi, hin barbaadu lama goyyoomee yaadan gubachuu.
III. ---CEESISA---
Shaggar keessaa waatuu gunguma
Si shakkeeraa amma dhugumaa
Kooraa hiikii baadhu barcumaa
Narraa hiiqii dhaaphu achumaa
Sumaa,(Magaala Tumaa x2)
Quba of nyaatee kan gaabbu suma (Gabaa ejeree x2)
Rabbitu beeka carraa egeree.
Baala gaayyoo Randa magartuu.
Balaaf Waanyoon naman hanqattuu.
Kabaan taatuu baalli sariitii
Gaaddidduun duuban Nama miitii. (Magaala sayyoo x2)
Fira fakkaatee na nyaate wayyoo -(magaala garrii,x2)
Fira fakkaatee nu seene jarrii.
IV. ---CEESISA---
Jibichakee deegaa wandaroodhaan simadhuu.
Arrabakee dheeraa wadaroodhaan (hidhadhuu x2)
Jibichakee deegaa wandaroodhaan simadhuu.
Arrabakee dheeraa wadaroodhaan hidhadhuu.
Bakka mudaa laalen hubadhee
Akka dhugaa raagen dubbadhe yaa namana.
Bakka mudaa laalii hubadhuu
Akka dhugaa raagi dubbadhu yaa namana.
Bakka mudaa laallee hubannee.
Akka dhugaa raagne dubbanne yaa namana.!
V. ---CEESISA---
Daangaa kiyya nan beekaa
Hin cabsu hin diigu safuu
Hin raafamu dhugaarraa goree
Yaadan gamana laalee gamattin hafuu (Gatii kootif, ejjennookoo
Nama sodaadhee buuseen sharafuu.x2)
VI. ---CEESISA---
Abbaa Raagoo Jaarsa qamalee
Jibban beeknuu Jaalala malee
Haati suutee buute gammoojjii
Abbaan suutee Waan jedhu moojii Balloo (Magaala Tumaa x2)
Himi dhugaakoo kan nyaate Sumaa. (Gabaa ejeree x2)
Rabbitu beekaa carraa egeree.
Baala Gaayyoo Randa magartuu
Balaaf waanyoon naman hanqattuu.
Kabaan taatuu baalli sariitii.
Gaddidduun duuban Nama miitii (Magaala sayyoo x2)
Fira fakkaatee na nyaate wayyoo. (Magaala garrii x2)
Fira fakkaatee nu seene jarrii.!
VII. ---CEESISA---
Akka baraa dhiiseen akka garaa dubbadhee,
Bifa namaa dhiiseen amalakee (hubadhee X2)
Akka baraa dhiiseen akka garaa dubbadhee.
Bifa kankee dhiiseen Amala kee hubadhee.!
Akki baraatiis akkasuma
Hammi namaatis hammasuma yaa jaranaa.
Akki baraatis akka kanaa.
Hammi namaatis hamma kana yaa jaranaa.
Akki kankeetis akkasumaa.
Hammi kankeetis hammusuma yaa namanaa.!
VIII ---CEESISA---
Kooraa hiikii baadhu barcumaa.
Narraa hiiqii dhaaphu achumaa.!
Baddaa roobee guute Gannaalee.
Suman beekee suman wallaalee.
Sumaa!(Magaala tumaa X2)
Himi dhugaakoo kan nyaate suma. (Gabaa ejeree X2)
Rabbitu beekaa carraa egeree.! (Magaala garrii X2)
Atis jabaadhu jabaate barrii (Gabaa ejeree X2)
Rabbitu beekaa carraa egeree.
#YanetDinku #QosaaDhiisi #dalawa #AfanOromoMusic #EthiopianMusic #hachaluhundessa #tadelegemechu #andualem_gosa #NewEthiopianMusic #2024Music #LenchoFikru #ShimelesTadesse #EliasKebede #EyobAdmasu #AbenezerAbera #TuluHirko #LidiyaFisha #BezawitSigebo #DawitTsegaye #YobadDemissie #JUDA #GutuAbera #WindInstruments #Flute #Keyboards #GalanaGaromsa #Durannu #Anatu #Bulloo #Hawanawa #DawitTsigaye #DarbeeLaalla #BarrikooEntertainment #VisionEntertainment #barrikooentertainment #NewEthiopianMusic #YosanGetahun #AndualemGossa #MinewShewa #Balagize #gutuabera

Пікірлер: 974
@SirnaGadaaTech
@SirnaGadaaTech 27 күн бұрын
Sirba ajaa'ibaati. Wow weelluun Afaan Oromoo sadarkaa addunyaatti dorgomaa Jira fakkaataam💕💕💕💕💕💕 boom 💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥💥
@FiroHusen-xt7el
@FiroHusen-xt7el 27 күн бұрын
Well come yenee tenyaa jabduu intalaa hadhaa sagalee kilolee Warrii yenet jalattaan like godhaa
@TofickSiraj
@TofickSiraj 26 күн бұрын
Wake up baby. The talented gorgeous, beautiful Yanet is back!
@Badhatubahru-zn6fs
@Badhatubahru-zn6fs 27 күн бұрын
Yanet dinqu atii dinqiidha dhugaa namni akka koo sirbi kun isinitti tole like godhaa
@firoomsaaentertainment
@firoomsaaentertainment 27 күн бұрын
Natti tolee jira buli ❤
@MadiahmadDima-mx8eq
@MadiahmadDima-mx8eq 23 күн бұрын
Baagaa Nagayan Nuf Dhuftee Ergaa Yeroo baayee Sagalee tantetin nuraa adaan baatee Baga nagayan garaa Ummataa sii jalatuti nagayan dhufte
@Biiftuuoromoo-
@Biiftuuoromoo- 27 күн бұрын
Jabadhuu Qalli tenyaa ❤️🥰🥰🥰
@WoliiyaadBilaalKojii
@WoliiyaadBilaalKojii 27 күн бұрын
jabduu sabaa jabaadhu.haadha sagalee kiilolee fi jecha dachaa kunoo sibira jirra
@NagesoTufa-xq2wc
@NagesoTufa-xq2wc 26 күн бұрын
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@alamudiinabdallaa
@alamudiinabdallaa 13 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Sabboonaa
@Sabboonaa 22 күн бұрын
❤❤❤❤❤👌👌👌
@tameosmantameosman1631
@tameosmantameosman1631 27 күн бұрын
Wel came strong girl it's a wonderful song❤ Magaala sayyoo fira fakkaatee nu nyaate wayyoo!!
@AbdiNuressa
@AbdiNuressa 27 күн бұрын
The Golden voice of Oromo with timely message! Galatoomi Yanii
@gaannaaleshow7972
@gaannaaleshow7972 27 күн бұрын
Well come ❤❤❤
@adams.e2113
@adams.e2113 27 күн бұрын
Wow! So amazing Jabduu keenya!
@AbdiinArsii
@AbdiinArsii 27 күн бұрын
Wow ergaa jabduu ufii keessa qabaa abba hubatef bagaa itti xabsiitee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sporthd936
@sporthd936 27 күн бұрын
Sagaleen Yannet Dinquu araada nama qabsiisa.❤
@naatanantube5119
@naatanantube5119 7 күн бұрын
❤❤❤wow sirba ergaa guddaa qabudha bayyee namatti tola❤❤❤ Walaloo100% Yeedaloo100% Vidiyoo 100%
@MusaAbdu-xf8nn
@MusaAbdu-xf8nn 27 күн бұрын
Wowowo jabaadhu jabdduu teenya hoji boonssa hojatee qaali ❤❤
@Orom-Durii
@Orom-Durii 21 күн бұрын
Na dubbisi hojii tokkoon siif kennaa! ❤❤❤ Hadaraa
@Jarsokatelo
@Jarsokatelo 27 күн бұрын
Qashitti Yanee❤. Sirba Ergaa bareedaa qabuudha🖤🙏🏾
@bonsatibeso528
@bonsatibeso528 23 күн бұрын
I am from India but i love you oromo music ❤🎉
@godawajjiitube
@godawajjiitube 27 күн бұрын
Jabaadhu hojii bareedaadha ❤❤❤
@MameeFinfinne
@MameeFinfinne 8 күн бұрын
Wow qashxii teenya welcome ❤❤❤❤
@bilisumaentertainment3765
@bilisumaentertainment3765 27 күн бұрын
Woow Bareedduu sagaleen kiilolee Lammata hin badin
@orotiktokshow7872
@orotiktokshow7872 15 күн бұрын
Video quality %100 Graphics%100 Melodie%100 Transition %100 *All overall everything is amazing I love ❤️ it!*
@Caayaa4130
@Caayaa4130 27 күн бұрын
Sagalee tee dhagahuuf Heeddu hawwine garmalee Anaa dhufu Yanet Dinku Haadha Sagalee kiloolee ❤️🌹🙏
@CushApp
@CushApp 26 күн бұрын
very nice song yours is true music yours i searched for this and i love it i am a native of Canada 🇨🇦😮
@ETHIOPIA7773
@ETHIOPIA7773 27 күн бұрын
ያኔትዬ በጣም ነዉ ምወድሽ❤❤❤ድምፅሽ አንደኛ ነዉ🎉🎉🎉
@rabbirraailmasabaa7867
@rabbirraailmasabaa7867 27 күн бұрын
Wow the more beautiful sing You are our hero keep it up ❤❤❤❤❤
@NaniiAbdo1234
@NaniiAbdo1234 27 күн бұрын
Jabduu too jabadhuu wan bayyee ufi keessa qaba sirbichii❤️❤️🥰
@abdurazakaman2750
@abdurazakaman2750 27 күн бұрын
I am from Romania and I Love oromo music🎉🎉🎉
@AbdulkadirAbdo-rm4nl
@AbdulkadirAbdo-rm4nl 17 күн бұрын
Baay'ee bareeda ijjarraa nuuf hafi sanyii koo.
@s2defwef
@s2defwef 27 күн бұрын
"Akka bara dhiiseen akka garaa dubbadhe" jette Yaannet Dinquu.
@DararaTolasa
@DararaTolasa 38 минут бұрын
❤❤❤❤ jabaadhu jabduu keenya
@tamrathussenamana7737
@tamrathussenamana7737 27 күн бұрын
Jabaadhu!!! kormittii Keenya!!!
@halaketube7395
@halaketube7395 27 күн бұрын
Shaggar keessaa waattuu gungumaa Si shakkeera amma dhuguma Magaala sanyoo fira fakkaatee Nu nyaatee Wayyoo Woow 👏👏👏 Sagaleen Yaanet adduma dhugaa
@fayyisaaAbdii
@fayyisaaAbdii 27 күн бұрын
Baga jirtaa yaatii teenyaa boorus teenyaa atii
@MeetiiTube-ux1ce
@MeetiiTube-ux1ce 27 күн бұрын
Ajaa'iba dhugaa ❤ Hin hafne bareedduu koo❤
@gadaa-
@gadaa- 27 күн бұрын
Baga nàgaan dhuftte jabduu koo❤💚♥️💪💪
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 27 күн бұрын
Woow sagalee 🔥🔥Nama waa hunda bareedu Yenu koo baga nuuf deebite jabbeetti koo❤❤
@KhaledAbdella-be8pp
@KhaledAbdella-be8pp 27 күн бұрын
Kan caala siraa egnaa jabadhuu hojii garidhaan dhuftee ❤❤❤❤❤❤
@BilisumaBekele-bb
@BilisumaBekele-bb 27 күн бұрын
Baga nagaan dhuftee ijaa artii oromootti attii jabadhu continue🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@abdufataa
@abdufataa 27 күн бұрын
Walcome Janet dinku si eegaa jirra sa'aa lama keysatti milyoonaan dawwatamuuf qopii xumurre
@user-ei8im2kp7v
@user-ei8im2kp7v 27 күн бұрын
Hedu namati tola❤❤🇸🇦
@KASASHOW728
@KASASHOW728 27 күн бұрын
Jabaadhu jaba ofii Abatu jabefata kana caalaa hojjachu qabda yanet dinquu si jaladhaa umrii dheradhuu
@DebelaMijena
@DebelaMijena 4 күн бұрын
Jabduuko dhugaa dubbachuuf hojii ajaa'ibaa ti nu jalaa hin turin ammas nuuf dabali❤❤
@ALANGEEENTERTAINMENT
@ALANGEEENTERTAINMENT 27 күн бұрын
❤wow ❤❤❤❤❤❤❤. Baay'ee namatti tolaa. ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ nuuf jiraadhuu jabduu teenyaa
@bruk_1250
@bruk_1250 25 күн бұрын
Sirba bareedaa, ergaa ajaa'ibaa woliin! Galatoomi! 🙏
@muhetube26
@muhetube26 13 күн бұрын
wooow amazing yane qasht
@user-jd7ht4vx8v
@user-jd7ht4vx8v 27 күн бұрын
Bagaa nagaan dhufte❤❤❤❤
@Johnmatches_
@Johnmatches_ 23 күн бұрын
john matches from Nigeria🇳🇬🇪🇹
@zeharazehara9372
@zeharazehara9372 27 күн бұрын
wow yante berduu ormoo❤❤❤❤
@user-rr6vx9qt5s
@user-rr6vx9qt5s 27 күн бұрын
Bayee natii tole jira❤
@jibaatentertainment9208
@jibaatentertainment9208 27 күн бұрын
Baga milkoofte jabduu koo! Amazing!
@GanjiiEntertaimeant
@GanjiiEntertaimeant 27 күн бұрын
Jabduu hintalaa oromoo❤❤
@gfgchcbcv2787
@gfgchcbcv2787 24 күн бұрын
Intaala sanyii waaqoo Guutuu jabaadhu qaliye qaliye qaliye qaliye qaliye qaliye qaliye qaliye qaliye qaliye ❤❤❤❤❤❤❤💪💪💪💪💪⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️⚘️💃💃💃💃💃💃💃💃💃💃👌👌👌👌👌👌👌👌
@gadahawasboru
@gadahawasboru 27 күн бұрын
Ulfaadhu Yaanneet Dinquu, Baga Sirba Bareedaa kanaan gadi baate.
@Yasinbulaybt24_22
@Yasinbulaybt24_22 27 күн бұрын
Maaltu sirraa fokkisa bareedduu sansakkaa❤❤❤❤❤
@Khadiza-xp8rl
@Khadiza-xp8rl 27 күн бұрын
😢❤❤❤❤uffe akkamii baareeda sagaalee ❤
@user-ei8im2kp7v
@user-ei8im2kp7v 27 күн бұрын
Welcome baredu oromo jabadhu❤️❤️❤️😍👌👌👌👏👏🙏
@kabirafaati1437
@kabirafaati1437 26 күн бұрын
Mashallah bayye baredaa nujiraadhu qashxii oromo
@user-df6nf9bp7p
@user-df6nf9bp7p Күн бұрын
jabadhuu jabduuu baareedaa kaaruu basanqalaa
@AbdelaJilo
@AbdelaJilo 17 күн бұрын
Baga nuu jiraatte Yaanneet teenya sirba bareedaa dha ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@ZerihunAbebe-pr5op
@ZerihunAbebe-pr5op 27 күн бұрын
Waw sirba namati tolu dha jebbadhu yanet
@TigstBirhanu-lg8ym
@TigstBirhanu-lg8ym 27 күн бұрын
Jabadhuu jabaduu namaa heduu baredaa dhaa sagalee kee❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@user-rc9zw9lv7d
@user-rc9zw9lv7d 27 күн бұрын
Baga nagaa nuu dhuftee jabduu oroo koo
@eliasamanuel-zv1eh
@eliasamanuel-zv1eh 27 күн бұрын
wow!! it is amazing song!! wel back our Queen
@WALLOOBIYYAAKO
@WALLOOBIYYAAKO 27 күн бұрын
jabadhuu baredduu tenyaa heddu naaf tahera sirbii❤❤❤
@KemalNura-qb3mk
@KemalNura-qb3mk 27 күн бұрын
Jaabduu oro ko❤❤❤❤❤❤❤
@QamarAadam-hg6by
@QamarAadam-hg6by 27 күн бұрын
Kun sirbaa miti waraana sabarra diina qolatuudha yanet dinku jechaa har'aan argee jabaadhu jabdu namaati ati
@kalildido7164
@kalildido7164 27 күн бұрын
❤❤❤❤so great music keep up yenuu
@user-jb5jz4nk3p
@user-jb5jz4nk3p 27 күн бұрын
Wel come qashti ❤❤❤
@AnesaDaba-xp2pn
@AnesaDaba-xp2pn 26 күн бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉nuuf jiradhuu leencaa too🎉🎉
@ahmedkafuad7360
@ahmedkafuad7360 27 күн бұрын
Bagaa nagayaan deebiitee ❤
@ilmaasabbaa
@ilmaasabbaa 27 күн бұрын
Jabduu teenya bagaa nagaan dhuftee ❤❤
@fattafatima6076
@fattafatima6076 27 күн бұрын
Wwwww jabadhuu qalii tiyaa❤❤❤❤❤❤❤
@user-yh1qz7kd6h
@user-yh1qz7kd6h 27 күн бұрын
BAGA NAGAAN DHUFTE🤩🤩
@abdulhakimomar8931
@abdulhakimomar8931 27 күн бұрын
Baga Ngyan dhufte ❤
@asfawzewdu8064
@asfawzewdu8064 27 күн бұрын
Qashtii namaa! Baga nagaan as baate!
@BedadaBirhanu-sb9bq
@BedadaBirhanu-sb9bq 23 күн бұрын
Yanu Koo In the Building ❤❤❤
@AbdurahmanTunushe-ib6xf
@AbdurahmanTunushe-ib6xf 22 күн бұрын
baga nagaan dhufte bareedduu too
@TujiAbdela-v3f
@TujiAbdela-v3f 2 сағат бұрын
Best jirta kaa
@WerkeAbebe-xw2fq
@WerkeAbebe-xw2fq 23 күн бұрын
Bayee namatii tolaa Yanet Bareduu oromo baga nagan nufdhuftee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@sinboneesanyiihacaaluuhund8951
@sinboneesanyiihacaaluuhund8951 27 күн бұрын
Sirbaa ergaa qabu jabdu kiyya baga milkooftee ❤❤🎉🎉
@yosenjembola6225
@yosenjembola6225 27 күн бұрын
wow You did it.Thank you
@user-hf5yw9pe9s
@user-hf5yw9pe9s 27 күн бұрын
Yenee Nuf jiradaa qali namaa Waga kuma 1000
@gargarhinbanuu384
@gargarhinbanuu384 27 күн бұрын
Bagaa itti cabsiitee biqiiltuu oromiiyaan biqiilchiitee jabadhuu siin woliin jiraa
@muheaman3816
@muheaman3816 27 күн бұрын
Well come❤❤❤❤❤❤
@user-md7ti7bs6j
@user-md7ti7bs6j 27 күн бұрын
Wow baayee bareedadha dhugaa sirbaa bareedadha❤️❤️❤️💕💕💕💕💕💕
@KisoTadala
@KisoTadala 27 күн бұрын
Bagaa nagan nu dhuftee qashtii italaa oromoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@anaafentertainment8828
@anaafentertainment8828 27 күн бұрын
Waaaaaaaaaaaaaaaaaaw! Micaa sagalee kee😊
@JewarHussien
@JewarHussien 26 күн бұрын
Wowwwww ❤❤❤ a good work
@kumahusen2412
@kumahusen2412 27 күн бұрын
Hojii bareedaa nuuf fiddee galani kee bilisummaa saba baldhaa haa ta'u
@AwwalJamaal-om3lu
@AwwalJamaal-om3lu 27 күн бұрын
Yanet Dinqu weelluu onnee nama qabbaneessitu tanaaf!! Weelluu dhamaa fi dhaamsa ajaa’ibaa qabduu dha!! Jabadhuu Jabduu sabaa❤
@tofeex
@tofeex 27 күн бұрын
Amazing ❤
@Tokkummaanis
@Tokkummaanis 27 күн бұрын
we'll come yenet qalii❤❤❤❤❤❤❤
@bahmudaman6653
@bahmudaman6653 27 күн бұрын
🎉🎉🎉 hojii boonsaadha jabaadhu🎉🎉🎉
@Gami321-rl7ie
@Gami321-rl7ie 12 күн бұрын
Yenuu hojjii bayyee natolee dhugaa amasii iti fufii pin tolchii malee
@Gami321-rl7ie
@Gami321-rl7ie 12 күн бұрын
❤❤❤❤❤
@legacyanimation2094
@legacyanimation2094 27 күн бұрын
TOP 1 Ethiopia singer 🔥
@Urjiilee-Samiidhaa
@Urjiilee-Samiidhaa 13 күн бұрын
WOW! Wonderful and high standard! I have no word. As always, Yanet is #1👍✅
@WarqiiTaaddasaa-nx7gp
@WarqiiTaaddasaa-nx7gp 4 күн бұрын
Nuf bulii hayuutoo👍👍👍♥️♥️♥️💪💪💪🙏🙏🙏🌹🌹🌹
Ali Birra   Hawaash
5:58
Ali Birra Foundation
Рет қаралды 37 М.
HANA TESFAYE OROMO MUSIC LOOTEE
5:08
Barrikoo Entertainment
Рет қаралды 90 М.
World’s Deadliest Obstacle Course!
28:25
MrBeast
Рет қаралды 145 МЛН
MEGA BOXES ARE BACK!!!
08:53
Brawl Stars
Рет қаралды 34 МЛН
Smart Sigma Kid #funny #sigma #comedy
00:25
CRAZY GREAPA
Рет қаралды 6 МЛН
FOOLED THE GUARD🤢
00:54
INO
Рет қаралды 63 МЛН
Shukri Jamal - Furtuu -(Official Video)
6:16
Vision Entertainment
Рет қаралды 994 М.
Muktaar Usmaan Sheek - Jette Jette
6:58
Walaabuu Entertainment
Рет қаралды 3,1 МЛН
Bilillee | Andualem Gosa | New Oromo Music Video 2024
5:46
Andualem Gosa
Рет қаралды 5 МЛН
Gutu Abera - Anatu - New Ethiopia Oromo music 2023
4:06
Gutu Abera official
Рет қаралды 3,7 МЛН
Yanet Dinku - Dallawa - NEW! Oromo music video 2016
4:34
DireTube
Рет қаралды 599 М.
Na Kajeelchisa_Isaaq Zeenuu_ New Ethiophian Oromo music [ official video 2023]
6:02
Galataa Labuu "Na dhiisi" New Ethiopia Oromo music  2023 (official video)
5:37
Say Mo - LIL BIT & 1 shot 2 (Waysberg Music Remix)
2:43
Waysberg Music🇰🇿
Рет қаралды 108 М.
Kobelek
4:11
6ELLUCCI - Topic
Рет қаралды 147 М.
Duman - Баяғыдай
3:24
Duman Marat
Рет қаралды 109 М.
Қанат Ерлан - Сағынамын | Lyric Video
2:13
Қанат Ерлан
Рет қаралды 2,5 МЛН
Райымбек Нысанбек - Сүйдім аруды
3:39
Райымбек Нысанбек
Рет қаралды 93 М.