Yeroo Jaalalaa

  Рет қаралды 60,987

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

2 жыл бұрын

#Jaalalaa

Пікірлер: 348
@diboramucaiyesuswallaggaa7630
@diboramucaiyesuswallaggaa7630 2 жыл бұрын
Uuuuuufffeeeee anmnii namaf qoricha jedhama mitti ree gammee baga gammadee💓💓💓💓💓 oson hin herumne ta'ee sitan heruma turee gammeekoo ammas gammachukee arguunkoo natii tolera
@rabbiintokichaagabaraman8201
@rabbiintokichaagabaraman8201 2 жыл бұрын
Dibora muca iy Dhugaa mo 😍
@sarasarah4906
@sarasarah4906 2 жыл бұрын
Dhugaa jette sanyiikoo namani jalalaa akkasi namafi qabu yeroo ama kana koongumaa hin jiru
@alqhsbsuhdd8184
@alqhsbsuhdd8184 2 жыл бұрын
Ammaa furmaani jiruu gurbaani jabbatee baraate kayyoo ofi galaamani ga'uu qabaa jedhee yadaa kuni wanuumaa dhalaa namaa keessaa jiruudha jabadhaa jabaa koo waqqayyoo isni haa qarqruu bro 😍😍😍😍😍😍😢😢😢😢
@senamarga8792
@senamarga8792 2 жыл бұрын
Kan akkana hin argamu ini Kan nitiyu mana Kaye Ala ilala waqayyoo formata saa sif yaa kenu game miskina nama
@walnsanuguse5992
@walnsanuguse5992 2 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/sJaih9ekr8raYWg.html maloo monet beekisaa sirbaa kanaa ilaliimee akka kara obn darbuf
@badhaatu2052
@badhaatu2052 2 жыл бұрын
Wa.ee jaalala kan jaalate beeka😭😭 Jaalaluma isitu isaa gowwomse wlh Namni jaalate gowwadha
@tewayidooamaantakoo7111
@tewayidooamaantakoo7111 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuffff homaa mitii haadho koo waqaayyoo sii waliin jira ammaallee abdii hin kuuti waqaayyoo immoo hiree kee siif qopheesse jira😭💔☝ Miskinaa kiyyaa dhugaa amaalli isaatu namaatti tola dhugaa uuuffff😪💔 Jalaalli qabeenya fi biifan hin madalaamu obbooleetti keenyaa garuu cubbuu hedduu goote dhugaa Hundaafuu waqaayyoo gooftaan dhifaama ishiif haa godhu🙏 Obbooleessa keenyaa immoo nama onnee isaa cabxee deebisuuf haa laatuf🙏🙏🙏 Akkaa galgalli kee midhaaga ta'uu abdin qaba waqaayyoo irraa bro koo😭💔🙏🙏🙏
@hunddahammatukoooromiyaa6508
@hunddahammatukoooromiyaa6508 2 жыл бұрын
Abshiir bro koo hadhaa fii Abbaa dhabuun qoodaa rabbitii jedheen hacceenu uuuuf 💔💔😢😢🙏 Jabaadhuu💔😢😢
@maaziimasqalee2329
@maaziimasqalee2329 2 жыл бұрын
Dhugaa rabbii garaa nama nyaata .dubartii taka takka sammuunnshii gidiraadhan kan guutamee. Waaqayyoo dhiira ishii hin agarsiisin.
@fayizailiyasomntube6977
@fayizailiyasomntube6977 2 жыл бұрын
Wollahi anis siif bilbilaa jedhe kardi dhabee hangaa ardhaa madamiinikoo naf hin finnee inshaa Allah fedhaa rabbiitiin akkumaa kardii argaadheen siif bilbiluu waada samuu kootti galeera hedduu booyaa turee video kee laalee Ammaasii imaa siif dawala yero argaadhete lakkofsaa kee save godhera imoofi telegram hin qabdu nati fakkaata Ani muslima garuu kani nu tokkomsuu oromummaadha miidhamaa wolii hin dandeenyuu Mooni galaatomii hedduu ulfaadhuu Mucaa kana social media akkaa fayyadamuu godhii jawala yoo hin qabnee nu ni binnaaf halaa nuf mijjeessaa Mee kijiba boqoloo dhiiftani yoon wani akkaana dalaagdani dhugaa sabaa himtaani bareeda Ati rakkiinumaaf maalee nama tv kijibaa kanarraa hojjachun maalee mitti hundaafuu jabaadhu sister koo😍😍😍
@seenaa87
@seenaa87 2 жыл бұрын
Lakkoofsa isaa qabdaa moo.mee.naa.ergii
@adanetmokonen6514
@adanetmokonen6514 2 жыл бұрын
Waan hunduu guyyaa qaba waan biraa hin jedhu bakka yaade gahii urmii dheeradhu obbolleesa koo jabaadhu fuula kee Duraa iffa jiraa amshri
@dannadanna7321
@dannadanna7321 2 жыл бұрын
Dhugaaa waqayoo bekadhaa gurbaan kuun baayeee garaa namaa nyaataaa maaskinaaa offii issayuu bayee nama gadiissisaa waqayoo caraaa isaa haaa kenuuu😭😭😭💛💚💚
@fatmahfatmah6234
@fatmahfatmah6234 2 жыл бұрын
Yaa raabbi gammee qabenyaa guddaa kennif😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@jiituuoromoo8781
@jiituuoromoo8781 2 жыл бұрын
Rabbii si kisaa abshir kan si jaalatuu Rabbii sif kenaa Rabbii si gargaraa
@zedoshewasalale5426
@zedoshewasalale5426 2 жыл бұрын
Mooneti fi Ogeessa Xiinsammuu Siyum kebeda GALATOOMAA Kun Namoota Baay'eef Barnoota Ta'a 🙏❤ Gammee jabaadhu 🙏😍
@igizaberfekrnewameeen8186
@igizaberfekrnewameeen8186 2 жыл бұрын
Hirren qodaa rabbiti hirren nama harkaa rabbii jiraa want ishe samuu kee kessa haqii barumusaa kee itti fufi
@sinaaf7952
@sinaaf7952 2 жыл бұрын
Baga jabattee gammee koo abshir jabaadhu abdii hin kutiin 😍
@madinaintalaxiqii5488
@madinaintalaxiqii5488 2 жыл бұрын
Jabadhuu moniyye summaf jedhe media boqola lale
@darartusabsib7591
@darartusabsib7591 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭🤦‍♀️🤦‍♀️🤦‍♀️❤❤❤jabadhaa gargarah uuuff
@hallykadamaalenizy6103
@hallykadamaalenizy6103 2 жыл бұрын
Waqayoo jiraa in yadinii wee ishii samuu kechaa ofii haqii jajabadhuu ashirii 💞💞💞💞💞💞💞🙏🙏
@alimakumbi1373
@alimakumbi1373 2 жыл бұрын
Amshir obboolleessa koo kan carraa keti sif haa kenu raabii ❤️❤️❤️❤️
@maskedesta9735
@maskedesta9735 2 жыл бұрын
Waww baay ee tokkoti itti gammada dhugaa rabbii mucaa kunii gaafa duraa fulaa isaa dhosee turee har, aa garuu hin multaa kunii ijjiramaa guddadha abshiir kodee koo hunduu hin daribbaa ketti kanii jedhe lafaa jiraa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤❤❤
@sabontumahamed2407
@sabontumahamed2407 2 жыл бұрын
Dhugaa rabbii mucatiin kana gotee obolesa kenyaa cubuu dalagadee bulutii hisi kesatii
@botuujawari7499
@botuujawari7499 2 жыл бұрын
Dhugaaa jeteee cubun lolee hin bultuuu
@boontuuwallaggaa7698
@boontuuwallaggaa7698 2 жыл бұрын
Gammee keenya jabaadhu ati barnoota keeti qaxalee koo
@muna4149
@muna4149 2 жыл бұрын
Birooo
@user-ob1mm4ys2y
@user-ob1mm4ys2y 4 ай бұрын
Ogeessaa xinsamuu siyum kabadaa gorsaa bareeda kenitanif galatooma
@muluuaritii4771
@muluuaritii4771 2 жыл бұрын
Waqayyoo kan dhugaan sii jalatuu sif haa keenu 😭😭
@AsAd-b2c
@AsAd-b2c 5 күн бұрын
Anni skkuma ken ta'e anni garuu sharadha maliif waqayyo namaa jalaala bekuu fi kabajuu walitii yoo qabe mal ta'a 😭😭 wan fedhefuu jabadhuu vro
@tewayidooamaantakoo7111
@tewayidooamaantakoo7111 2 жыл бұрын
Adaraa biraa dhabaadha gorsa kennaafii ammaayyuu xiqqoo kan darbeerraa har'a wayyaa galaata waqaayyoo🙏🙏🙏
@asiaasiaa9382
@asiaasiaa9382 2 жыл бұрын
wani issini dhibbee hunddaa sabbani gahadhaa rabini wojii issini garigaraa sabbaa garii qabanaa galataa rabbii
@belayche4050
@belayche4050 2 жыл бұрын
Thank you Dr 💖
@DaannooKenasa
@DaannooKenasa Жыл бұрын
Waaqayyo hojii ishee mataama isheetti haa deebisuuf !
@tawayidooamataakoo7033
@tawayidooamataakoo7033 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuufffffffffffffffffff godhi Waaqayoo kani kanaraa adaa tayee sifi qophesetii anumtiree wataa kanaa kesani darabee garuu watii hunduu rabii arakaa jiraa jalalii dhugaa qarashii ykn midhaginaa mitii onee qulquluu qofadhaa
@ayyantuwarrawancii8727
@ayyantuwarrawancii8727 2 жыл бұрын
Uuuuufff ilmaa dhiraatti cubbuu oluun gaarii miti rabbii ishi yaa qajelchuu 😥😥
@AmaneeBashir3039
@AmaneeBashir3039 10 ай бұрын
Uuuuufffff mucaa kun arsaaa jalalaaa hedduu kafaleeee 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢wollahii namaa akka jalaltutii jalatuu siif basuu rabbiin obbollessaa koo yaa Allah 😢😢😢😢😢😢
@seemborak6238
@seemborak6238 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuufffiiii Mucaani dhabbii itti iyyuu du.ee malooooo uuuuuuuuffiii hadhoo koo 😢😭😭😭❤️❤️❤️❤️
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 2 жыл бұрын
Hundii keessanuu baga nagaan dhuftaan Anaa dhufuu 😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
@nemomsalemma6671
@nemomsalemma6671 2 жыл бұрын
jabaadhu Namakoo! Sirraa baratama.
@badhasayoonaasragassa9194
@badhasayoonaasragassa9194 2 жыл бұрын
Beautiful
@haadhakoomariyam5683
@haadhakoomariyam5683 2 жыл бұрын
Uuuuuuuffffff dhugaa waaqa akka naa mararee anuu sittin erumaa akkan siif gadetti dhugaa waaqa 💔😭😭😭🤭
@mesmes2992
@mesmes2992 2 жыл бұрын
Uuuuuufffffff miissiikin namaa gaarra namaa nyaata❤❤❤❤❤❤
@bilisemargaa5762
@bilisemargaa5762 2 жыл бұрын
Baga waaqni miidhamarraa si oolche obboleessoo .Ogeessi xiin_sammuu illee galatoomaa👍
@margituuoromotube8064
@margituuoromotube8064 2 жыл бұрын
Mati 💗💗
@laliidereje7316
@laliidereje7316 2 жыл бұрын
Anii dhugaa otoon jalalee hin qabuu ta'e Naa jalladha turee samuu isaa eguuf homaa mitii rabii kan atii yaduu calaa sif haa kenuu obllesaa koo
@badhaatu2052
@badhaatu2052 2 жыл бұрын
Dhugaa akka ati yaade kan si jaalatu rabbi siif haa kennu jedha Rakkinis homa miti kessa bahata abdii kutatin. Osoo intala san nuf dhihesitani heddu nama tola.
@grandfor9019
@grandfor9019 2 жыл бұрын
Jabadhuu monetii jabadhuu hunduu hin darbaa kanii fedhaa waqatin
@ahmadmucaawalloo8319
@ahmadmucaawalloo8319 2 жыл бұрын
Siif darbee Gammachuu kee arguuf nan hawwa
@seemborak6238
@seemborak6238 2 жыл бұрын
Waaqayyoo wanii hundaa keeti Sif ta.ee har.aani si gahee boruusi akkee Sif qabaa gamee koo Absharii bro koo waaqayyoo amma dhumaati si wajin haa ta.uu 😭😭😭😭❤️❤️❤️
@breakm2886
@breakm2886 2 жыл бұрын
Akkaa waqaayyoo senaa Kee jiijiiruu abdii gutuun qabaa😭
@sabontuoromoo9313
@sabontuoromoo9313 2 жыл бұрын
Baga Ngh dhuftani Abshiri wani hunduma dhisi kani hafetu calla abbdi hin kutatini 🌹🌹🌹👍👍💞💞
@madinaalayyinii8810
@madinaalayyinii8810 2 жыл бұрын
Jajabadhu omaa mitii😭💟
@aliyaabdurro3289
@aliyaabdurro3289 2 жыл бұрын
baaayyyyy galatooma
@lominegese8505
@lominegese8505 2 жыл бұрын
Abshiri Jabadhu
@jfj2799
@jfj2799 2 жыл бұрын
Uuuuuufffffeeee bayyee garaa namaa nyaata rabbii kan sif taatuu goofta sif haa keennuu
@fayyeeab
@fayyeeab 2 жыл бұрын
Dhaltuu ammaa jaalachuu osoon taane itti boonuudha malee. Woma maraafuu mucaa kana Jajjabeessuutu malaa karaa biriinis taatu. Rabbi si waliin haa jiraatuu
@wuddeenagewo755
@wuddeenagewo755 2 жыл бұрын
Walittii osoo nuu qabuu battee
@aminaqasimi4429
@aminaqasimi4429 2 жыл бұрын
Ishe qofaa sete wori Dhirsaa rakoo gudaa qabuu setee faktini
@user-zv1yb4nb2x
@user-zv1yb4nb2x 2 жыл бұрын
Dhiirrii illee saareen bay'eetuu jiraa anuu baayeen midhaamee waqayoof haa galaatuu ammaa naa irraanfachiisee waa hundaanuu naa jijiree
@mmmjhsh5174
@mmmjhsh5174 2 жыл бұрын
Monet addara akkani media fayyadamu gochisisii
@djdi5697
@djdi5697 2 жыл бұрын
baga gamadee Torban darabee bayee Na bosiiftee Ardha garu nan gamadee, Rabii siiha gamachisuu hin daranaa iyumanis huduumtuu yoo
@ababitbultume9709
@ababitbultume9709 2 жыл бұрын
Uuuffff miskin koo abshir rabbiii ishee dhugaa sijalatuu sif kena💔❣️😭
@user-cr4ew3yf8p
@user-cr4ew3yf8p 2 жыл бұрын
Abishirii waan ofii aabishirii raabini sii haa laafisuu
@urjiisanyiihaceehundesa7903
@urjiisanyiihaceehundesa7903 2 жыл бұрын
Uuuuuuffffff hadhoo koo hundii dhokfatetii malee gubbaa saa qaba obsii Abshir in darbaa
@hawwiiyoutube5429
@hawwiiyoutube5429 2 жыл бұрын
Waqqayyoon Kan jalattee sii yaa kenuu abishiri 😍😍😍😍😍😍
@netsanettube9580
@netsanettube9580 2 жыл бұрын
Hawii mati naaf ta'i please lubbuu
@yetggtydghg2615
@yetggtydghg2615 2 жыл бұрын
Abishir obbolesa koo waan hundu in darbaa jabadhu namoni hundinu seenaa matasaa qaba waqqayo kan yaade sif haa gutu
@rrrrtube400
@rrrrtube400 2 жыл бұрын
Jabaadhu gammee atis
@simbookooiyyeesus1379
@simbookooiyyeesus1379 2 жыл бұрын
Uuuuuuufffffff gara nama nyaataa hundafuu rabbii kan sii jalatu sif haakenuu💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@irishvitonio3492
@irishvitonio3492 2 жыл бұрын
Mooneetii baayee galatomii sanyi Ofii jabesitee fiduu ketifii amasii jabadhuu ebifamii🙏🙏🤲🤲🤲😭😭
@urjiioro8110
@urjiioro8110 2 жыл бұрын
Misikina koo abshiir ishee si miteefi safuu❤😭
@yeabunaargwilej4196
@yeabunaargwilej4196 2 жыл бұрын
Baay.ee namti dhagahama. Rabbi ishi ha nyatu. Ati homa hin tatu koode kiyya abdi hin kutanin
@amenakader8447
@amenakader8447 2 жыл бұрын
Uuuuuffee dhugaa rabbii bayy'ee natii dhagahamee yeroo si arguu
@sarontakiletube676
@sarontakiletube676 2 жыл бұрын
Jabadhu lammiiko Barri hin dabarti Nama guddaa sitaasisa Waqniko Abdiin qaba
@asyaajman8148
@asyaajman8148 2 жыл бұрын
Raabumaa waan ofii jaalatee sif haa kenuu
@fogiyafogiya8668
@fogiyafogiya8668 2 жыл бұрын
Uuuufffff yaa gamme nama Akka Ati inttala san jaalattetti najaalatu Rabbi naaf haa kennu
@haawii1573
@haawii1573 2 жыл бұрын
Abshiri hadhoo ko uuffff jabbadhu waqaayo sii jabbesuuu😥😥😥🙏🙏🙏
@meron4095
@meron4095 Жыл бұрын
Uuuuuuuuuufffff waqayoo bakka gudda dhan si haa gahu
@chaltuabdallah7960
@chaltuabdallah7960 2 жыл бұрын
Rabini sii hgamachisu obolesa ko💘😭
@jemilashow7669
@jemilashow7669 2 жыл бұрын
Mucaa miskiina kana rabbii kan ishee caaltu siif haa kennuu
@Birqee-ox3yc
@Birqee-ox3yc 2 ай бұрын
Kaan jaltee ❤ sifaa kenu waqqayoo gamee koo❤❤❤
@hawiabebe6303
@hawiabebe6303 2 жыл бұрын
Miskkinaa ati gammee koo waqayyoo kan ofi sati jalatee sii haa badhasuu
@user-rw7ip6ej5t
@user-rw7ip6ej5t 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuufffffff miskinaa nama jabadhu sanyii koo ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
@waletemariyam2420
@waletemariyam2420 Жыл бұрын
Waaqayyoo jabbinnaa siif haa kennuu kan ishee caaltuu nii argaata abshiirr💔🙏🙏
@zueyrooto9671
@zueyrooto9671 2 жыл бұрын
Wow gameen hardha jijirama agarsisera marsaa 3ffatimoo nama Kan biro akka gorsituf abdii sira qabna
@astermakkonin5331
@astermakkonin5331 2 жыл бұрын
Dr nuuf ebbifami waqa rakkatootaf akka tatuu bayyise sihaa ebbisu
@kidanefikadu1092
@kidanefikadu1092 2 жыл бұрын
Yaa jalaala. Moonetti atti jalaala kennif. Mucaan kun jalaalan baay'ee midhaame jira.
@jiituuoromiyaa5073
@jiituuoromiyaa5073 2 жыл бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🙄
@hkhk73
@hkhk73 2 жыл бұрын
Rabii jiraa 💔❣️❤️💯
@ararseararse4263
@ararseararse4263 2 жыл бұрын
Obsii obbolessa Koo jaalalli gowwaa nama goti Kan argetu beeka isheef saafuu Guyyaa tokko ni galaaf jaalala isheef jette of beellesitee waan Hunda tate homaa miti waaqayyoo deebii siif qaba jabaadhu barumsa keeti😭💔😭
@semrakader6270
@semrakader6270 2 жыл бұрын
Jaabbaadhuu oboleessoo raabbii sii faanaa jiraa abshir
@sabootuuoromo4379
@sabootuuoromo4379 2 жыл бұрын
Dhugaa RABBII obollessa koo barnnota keettii jabadhuu amma mo'ata jireenya kana
@roddaahman1746
@roddaahman1746 2 жыл бұрын
Amshiruu rabbii jiraa homaa mitii
@seenaamuccaatawahido8513
@seenaamuccaatawahido8513 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuufffff dhortee dhortee lafaa gotee ebbadee maloo yaa rabbii intalii sunii namumaa akkamiti hundafuu homaa mitii haganumaa mataa ol qabuchun issa bayyee namatii tolla jabadhaa Garuu senna issa kanaraa namnii wan Bayyee baratta jedhen yadda anii Akka kotii wan Bayyee irra hubadhee 💯 jabadhuu atii obolesaa kenyaa Mal gochaa ishitii debitaa lubbu Kee dhabuuf moo??
@tigistalayu5741
@tigistalayu5741 2 жыл бұрын
Wawa game jabadhu hara baye dasii nama jetani
@bareduuoromoomakuuraa1299
@bareduuoromoomakuuraa1299 2 жыл бұрын
Jabadhuu waqayyoo hudaahidadayyaa
@hawabbb1139
@hawabbb1139 2 жыл бұрын
Amshiir gamme jireenya adunyaa tanarra namni hundi hin milkayu waan hunduma obsafi jajabina barbachisa abdii kutun hin ta u ammaas ati kan rabbiin siif qoode jira ofi hin dhiphisiin isidha male kan kara irraatti hafu sihi miti boru gabion ati waan garii dalagi amshiir akka bakka gudda gesture siif hawa
@snbcfgh8745
@snbcfgh8745 2 жыл бұрын
Uuuufffff mucaa biyyakootii ayso
@user-wh6bu6pc8k
@user-wh6bu6pc8k 10 ай бұрын
Dhugaan issaa manaa waqatii yaa bochuu😢😢😢
@fatmahfatmah6234
@fatmahfatmah6234 2 жыл бұрын
Gaammee ko abshiir raabbi onnee tee haa qabanesuu💜💜💜💜💜💜💜💜😭😭😭😭😭😭😭😭
@kenashawaun6186
@kenashawaun6186 2 жыл бұрын
Jabadhu gammee hunduu gaarrummaf
@hawwiiintalawarratuulamaa4825
@hawwiiintalawarratuulamaa4825 2 жыл бұрын
😭😭❤❤❤ abshir
@faaxeeahmed8310
@faaxeeahmed8310 2 жыл бұрын
Ayiii jaalalli jaamaadha😭😭abshir bro koo
@oromitikoo3573
@oromitikoo3573 2 жыл бұрын
Mucaa biyyaa koo anis akkumaa keen ta,ee maal nuf wayyaree
@sinbonezawude7708
@sinbonezawude7708 2 жыл бұрын
Waaliti idaa'amaka hadhoo
@samuujimmaa662
@samuujimmaa662 2 жыл бұрын
😭😭😭😭😭😭 ayiiii yaa jaalaaa 😢😢 uuuuuiiiiiii 🤕🤕🤕🤕
@dubaidxd2594
@dubaidxd2594 2 жыл бұрын
Ayyii💔Namnii Akka kotii ni jiraa 😭😭😭uuuufffff
@hawwiimolee7887
@hawwiimolee7887 2 жыл бұрын
Waaqayyo kaan Siifi ta'u siifi haa kennuu
@hayatah7696
@hayatah7696 2 жыл бұрын
Abshirii obboleesaa koo kanii si jaalatu rabbii sif keenaa
@imabetiiasnakii308
@imabetiiasnakii308 2 жыл бұрын
waqayyo jirenya kee borutifi kan si jalatu sifi ayaduu obbolesa koo jabadhuu
@bontubontu1294
@bontubontu1294 2 жыл бұрын
❣️😭
@warqituugabbisaa25
@warqituugabbisaa25 2 жыл бұрын
Barduu koo bayyee isa galatomii ❤️❤️❤️
@sheakabdalla7777
@sheakabdalla7777 2 жыл бұрын
😭😭jajabadhu iftii ndhufa dukkan boda
@user-dt9fz1hn6k
@user-dt9fz1hn6k 10 ай бұрын
Abshiirii bro koo
Yeroo Jaalalaa
18:10
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 15 М.
Yeroo Jaalalaa
21:03
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 20 М.
Пранк пошел не по плану…🥲
00:59
Саша Квашеная
Рет қаралды 5 МЛН
Despicable Me Fart Blaster
00:51
_vector_
Рет қаралды 25 МЛН
Double Stacked Pizza @Lionfield @ChefRush
00:33
albert_cancook
Рет қаралды 81 МЛН
Yeroo Jaalalaa
31:26
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 113 М.
ሩታ የእርግዝናውን መልስ ሰጠች.አብርሽ ደስተኛ ሆነ🙈❤️
21:46
Yeroo Jaalalaa
24:51
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 23 М.
Yeroo Jaalalaa
25:56
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 211 М.
Dargaggoo Jaalalaan Miidhame.
23:43
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 41 М.
Yeroo Jaalalaa
21:08
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 62 М.
OROMIA11: KOMEDIIYAAN WAAQOO FI HAADHA MANAA ISAA.
42:50
Oromia 11
Рет қаралды 509 М.
Yeroo Jaalalaa
23:46
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 112 М.
ሰበር ዜና Mohammed Kedir ስልጤ 2 is live!
42:09
Mohammed Kedir ስልጤ 2
Рет қаралды 1,9 М.
The thieves pulled a prank on the Policeman ! 😬👮🤣
0:38
BOGDANCHIKI
Рет қаралды 6 МЛН
Никогда не убивай это существо! 😱
0:28
Самый Молодой Актёр Без Оскара 😂
0:13
Глеб Рандалайнен
Рет қаралды 10 МЛН