Yeroo Jaalalaa

  Рет қаралды 167,838

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Күн бұрын

Waan daa'ima kiyyaf Aannan ittiin bitu dhabeen Qubeelaa kiyya gurguree
Kutaa 1ffaa

Пікірлер: 606
@kabadabesa1317
@kabadabesa1317 Жыл бұрын
Nama Kaayyoo fi Mul'ata qabdu turte nama hin taane irratti kuftee kaayyoo ishee jalaa gufachiise malee. Ammas Zeeroo irraa kaatee Mul'ata ishee mirkaneeffachuuf humna guddaa akka qabdu amantaa guddaan qaba.
@kulaniimulugeta6552
@kulaniimulugeta6552 Жыл бұрын
Dhugaadha kufaa ni zeeroo kara milki'inaatti
@kulaniimulugeta6552
@kulaniimulugeta6552 Жыл бұрын
@kabadabesa1317
@kabadabesa1317 Жыл бұрын
@@kulaniimulugeta6552 Kufanii ka'anii bu'a qabeessa ta'un nama kaayyoo qabuuf salphaadha dhugaa keeti🙏
@ZAMZAMAbdhul
@ZAMZAMAbdhul 2 ай бұрын
@HssKha
@HssKha 2 ай бұрын
🎉😂
@keenyaantube547
@keenyaantube547 Жыл бұрын
Ajaa'iba seenaa, Dhugaa dubbachuuf kun filmii irraattin arga yeroo baay'ee, kanaaf osoo iskiriiptii isaa barreessitee filmii baay'ee bareedu ta'uu danda'a. Walumaagalatti waaqni garaa isaa gara keetti deebisee akka inni nama sirrii ta'ee si faana jiraatu isa haa gargaaruu ati ammayyuu gaarii gochuu hin dhiisiin. Sababni isa ati gaarii gochuu kan ati qabdu namni gaarii godheef miti waan gaarii gochuu qabduuf qofa gaarii godhi! OBSA GUDDAAN SIIF HAWWA!!!!!!
@bonsaabera6027
@bonsaabera6027 Жыл бұрын
😢😢
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 Жыл бұрын
Nu Bonsitani garuu sennafi monneet warrii dhiiraa bo'a dubbatu sennan garuu kolfa hasoftee wowowowo😂 yes
@dibootube3325
@dibootube3325 Жыл бұрын
😂😂😂😂😂
@obsaa7259
@obsaa7259 Жыл бұрын
@Meronii-uw4ws
@Meronii-uw4ws 3 ай бұрын
😂🤙
@S.Waliso
@S.Waliso Жыл бұрын
Wayyoo hadhoo koo jabadhu waan bara kana maal himnna miti jaalallen koo waggaa 5 waniin turre halkan sin jaaladha nan jecha bulee ganama intala Adaadaa koo fudhee 😢 ati isa Caaliiti argaami of eegii ilmoo kee waliin umurii dheeraa ❤
@jameelajameela7132
@jameelajameela7132 Жыл бұрын
Atisii jaabadhuu ❤❤❤❤
@hailekeno
@hailekeno Жыл бұрын
wow! siinis si eegna namni irraa ha baratu dhiyaadhuka
@waqayyoosodachuuogummaatti7908
@waqayyoosodachuuogummaatti7908 Жыл бұрын
😢😢😢
@jituutamiraat8250
@jituutamiraat8250 Жыл бұрын
Huma miti lubbe koo himanu sodane male keessikeenyii maada qaba 😢 ayizosh waqayyoo siif jiraa❤
@kabadabesa1317
@kabadabesa1317 Жыл бұрын
Akka ilaalcha kootti isa caala intala Adaadaa keetu jiruu kee diige miidhaa guddaa sirraan gahes jedheen yaada. Wanta hundaafuu harka hin kennin.
@Wankooshow
@Wankooshow Жыл бұрын
Qubeellaa gurgurtuus qalbii kee hin gurguriin❤🎉 jalalaa fi jiniin yomuu nama qaban hin mul'atan wan taheef.....
@yesusigooftaadha1391
@yesusigooftaadha1391 Жыл бұрын
Yaa waaqayyoo namummaa jireenyaa namaf hin taane namatti hin fidini mee.😢😢😢adaara jireenyaa keessaan jaalqabun duraa waaqayyoon irraatti kaadhadha. Ani dhugaa baay'ee soddaadha namni baraa kana hin amanu amma daandame of eggaana.😭😭Atis nu eggii waaqayyoo.
@ayantukabeta9021
@ayantukabeta9021 Жыл бұрын
seenaa kiyyaa fi keetti waalii fakkataa wayyoo ommaa mitti raabbii jiraa atti 💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔💔❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@seenaa87
@seenaa87 Жыл бұрын
Keesaan alaa bareedu amala qabeettii intala💕❤❤❤
@chaltuethiopia3736
@chaltuethiopia3736 Жыл бұрын
anii koobaa koo jiirachuun filadhaa 😭😭😭 baaye'ee namaa sodachiisaa
@siifan.diroo9515
@siifan.diroo9515 Жыл бұрын
Maloo marekoo dhugadhaavnamaa sodadhaa
@waqayyoosodachuuogummaatti7908
@waqayyoosodachuuogummaatti7908 Жыл бұрын
Siradhaa
@chaltuethiopia3736
@chaltuethiopia3736 Жыл бұрын
@@siifan.diroo9515 😢😢🙏 yaa obboleetii koo baaraa dhumaa natiifakatafa yoon😭 hubadhee itiilalu yeerroo keenyaa kana 🙏😢😢
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 Жыл бұрын
Kopha bilisummadha gaafa jedhamu qoosa fakkaata jireenyi kopha gammachuudha nama sobu waliin gubachurraa
@chaltuethiopia3736
@chaltuethiopia3736 Жыл бұрын
@@qalloowarratuulamaashaggar1477 😢😢dhugaa rabbii yaanii koo kana sobatuu daangaa dhabee akamiitii dhiiraa hamana kanan boodaa?? 😢😢😢 anii madaa gudaan qabaa 100% kanan boodas rabbii beekaa waa'ee koo😢😢☝️
@HaadhaIrbuu
@HaadhaIrbuu Жыл бұрын
Dhugaa dubaachuf ati dhugumaa Dubaartti Jabduudha Giiftii koo ❤ Ayyi Ilma dhiira 😢
@bekammeseret9036
@bekammeseret9036 Жыл бұрын
Dhugaa hedduu natti tolte. Thank you mone!
@waqayyoosodachuuogummaatti7908
@waqayyoosodachuuogummaatti7908 Жыл бұрын
Dhugaa bayyee namatti gadisisaa obboletii tenyaa ati nama jabadhuu waaqayyoo nama akka kee siif haa Latuu ykn immoo abba manaa kee laphee isaa haa banufi waaqayyoo kuni Rakko qaba malee jalalaa qofaa miti
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын
Jaalalaa dhoksiin jibbaa dhorkuu waraanaaf gurruma/riqicha
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын
Jaalalaa humna beekutu waliif yaadu Eegumsaa tayee Drlamma Magarsaa Seenaa Rirmii nyaatuu gzx Hayyuu art Acaaluu Hunddeesaa
@halima6421
@halima6421 Жыл бұрын
Senna atti cimmittu dhaa jabadhu ishi rabbi sibiraa haa jiarattu issa cali argamii ❤
@obseobse563
@obseobse563 Жыл бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣Baay'een kolfee dhugaa bishaan daakuu hin danda'uu dhagaattii bu'uu hin ooluu jettee😂😂😂😂😂
@jalaanegirmaa8300
@jalaanegirmaa8300 Жыл бұрын
😂😂😂😂😂😂😂anilee bayyeen kolfee bakka bishaan dakaa saaniti dhugaa
@SINGITAAN
@SINGITAAN Жыл бұрын
Qaxxaalee dha dhugaa hintalii kunii dhugaa waaqa bakkaa guddaa akka isheen geessuu abdii qabaa 😢😢😢😢😢
@mashooyoutube
@mashooyoutube Жыл бұрын
Bareduu koo jabadhuu habduu ta'ii❤❤❤❤ dhirtii baraa kanaa saredhaa gadii tatetii
@biraneefiqireewarquu7835
@biraneefiqireewarquu7835 Жыл бұрын
Wow jabduu shamaraattii Atii jabadhuu ammalee ❤
@galmaafanyoutube589
@galmaafanyoutube589 Жыл бұрын
maalo kuun filmii Afaan oromoo isaa hajaa'iba ta'uu dandaa'a dhugaa anaan filmii natii fakkaacha tureem dhugaa
@astersalmontheresa2553
@astersalmontheresa2553 Жыл бұрын
Jabduu koo Ammalle jabadhu fakkenyaa guddaa dhalotaaf tataa Ana bay'eedhuma na sodaachisaa nama bara kana amaanun waqayyoo nama jienyaaf ta'u nama umaa Isa sodaatu nama namaf yaduu namati ha qabu😥🙏🙏❤️❤️❤️💖💖🥰
@halima6421
@halima6421 Жыл бұрын
Hhhhhhh dhakatti bu'aa bayyen kolife dhugaa hadhaa ko jabadhu ishii❤
@dandesuTube21
@dandesuTube21 Жыл бұрын
Waaqayoo siin haa baleesuu jechuf Abbaa obbolesaa Abbaa nama Amanamaatu jiraa kanafu waaqayoo Garaa Qalbiiti siin haa debbisuun dhamsaa kooti dhirotaa Akkassif mooneet ebbifamii
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa tih qalii ❤
@asterbirhanu9280
@asterbirhanu9280 Жыл бұрын
Dhuga senu koo jirenya koo wan dubate nati fakate lakka manuma mara jiraa gochan kun jabardhu jabdu koo 😢😢😢 anile wagota dherafan watta kana kesa darbee uuuuuffff 😢😢😢
@ibsahaile1505
@ibsahaile1505 Жыл бұрын
Waaaw what an amazing History!!! Part2 Begugut enitebikalen!
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa tih qalii ❤
@dinaolofficial1458
@dinaolofficial1458 Жыл бұрын
WOW ,What an amazing😪😍😍😍😍
@hadhaako
@hadhaako Жыл бұрын
Atii dubartii cimtuudha dhugaa qaxalee wayyii seenaa jabadhuu❤️🥰
@urjiiamboo5417
@urjiiamboo5417 Жыл бұрын
Jiirenyaa fii jechaa obsaa kan jedhamuu kan Akkaa ketii kanaa obsaa Akkamii siifii kenee rabii garuu uuuff rabii obsaa siifii hakenuu rabii kanumaraa. Safuu. Yaa namaa
@bedrubekele3864
@bedrubekele3864 Жыл бұрын
Yaa saanyii gotaa ,huundaa dandeesuu waqaaiyyoo siif jiraa jabadhuu.
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын
Rabbiin isin haatiksuu
@Kuwait-vg2pu
@Kuwait-vg2pu Жыл бұрын
Atti haadhaa mana jabduudha❤❤. Waqqayyoo galgallaa kee yaa barrechuu.inni gaaruu gana salphattaa
@dhugaashow9530
@dhugaashow9530 Жыл бұрын
Dhugaa dubbachuuf gaarummaatu sirraa mul'ata. Qabaa abbaa manaa na beeka jette, Waaqayyos abbaa nanaa qabaa haadha manaa beeku bakka siif haa buusu
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa tih qalii ❤
@asmayara9384
@asmayara9384 Жыл бұрын
Jabadhu qalii tiyya ati dubarti jabdudha❤
@getachewjebesa7604
@getachewjebesa7604 Жыл бұрын
Bara maraatummaati barri kun lakka jaalalli dhugaa jaalala dharaan ukkaamfamaa jirti jechuudha.
@demiturefera667
@demiturefera667 Жыл бұрын
Homaa mitti hadhoo hundumtuu hin darbaa jabadhuu jabduu koo uuuuufffffeeee
@zamzam3091
@zamzam3091 Жыл бұрын
Jabdukoo yeroo jalalaa kana dhiraa malee hin dhiyatani turee. anilee dhufani jiraa 💔
@seadajeyilan2415
@seadajeyilan2415 Жыл бұрын
Abshir haadho koo nuuf barumsaa guddaa
@jamilshhill4413
@jamilshhill4413 Жыл бұрын
Namanii akkaa koo dhirraa soddataan lakkii xuqqaa waayyii dhirraa orromo😥😥😥😥
@user-vy3yl6ny4s
@user-vy3yl6ny4s Жыл бұрын
Jabbadhu Namma gadisisa💔💔🤔
@meseretsarah6044
@meseretsarah6044 Жыл бұрын
Kuni durriyyee.Wayitii. Omaa mitii😢😢😢❤❤❤❤❤
@SalalishTadale-ep4mx
@SalalishTadale-ep4mx 2 ай бұрын
Jabadhu baredukoo waqayoo siikisaa
@AyantuAmare-em7bz
@AyantuAmare-em7bz Жыл бұрын
waayyoo malumaa jiraa biyyaa keenyaa keessa yaa biyya laafa
@sarahtajitu3431
@sarahtajitu3431 Жыл бұрын
Miskinaa dhugaa muddaa ajayibaatii dhiraa sagaxee 😢
@abdiman_madrid15
@abdiman_madrid15 Жыл бұрын
Garuu Isheen onneen kee chimaadha ❤❤❤❤jabaadhuu
@halima4819
@halima4819 Жыл бұрын
Waa fedhefuu jabadhuu senaa guyyan hin dabarre kan rabbi qofadha
@maqdes6611
@maqdes6611 Жыл бұрын
Wayyoo inni garuu boruu isaa balessa jira sennaa koo macaafa fakkenyaa waqaayyo warri qajeelonni akka beela ' an hin godhu kajeellaa warrajal 'ootaa garuu lafatti in dabala namni dhibaa ummaadhaan hojjetu in hiyyoma cimsee hojjetu garuu hin sooroma innis cimsee yaa,ejju boruu mottuma waqaayyo duratti kan gaffatamu isaa wanta'efii Ati jabadhu waqaayyon kadhadhu ejjittun mottuuma waqaayyon dhaltu sagaleen waqaayyo ❤❤❤❤ hadhoo koo kabajatuu koo
@ahmedabdela-zv5jr
@ahmedabdela-zv5jr Жыл бұрын
Seena nama jabaadu dha... jabaadhu
@tigtijitube8325
@tigtijitube8325 Жыл бұрын
ATI dhugumaa obsitudhaa dhugaa ❤❤jabduu intalaa
@nasihajemal7275
@nasihajemal7275 Жыл бұрын
Qashtii tiyaa jabduu intala ❤❤
@sifani24youtube49
@sifani24youtube49 Жыл бұрын
Yaa rabbii atii nuu basii malii kunii dhirii akkanaa
@kennamaariyaam4968
@kennamaariyaam4968 Жыл бұрын
Obbolletti koo waaqayyoo gooftaan obsa siifa kennu kan sii kabajuu siifa kennu jabadhuu😢 dhiiraa bara kanaa raabbii haa sirreessu
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын
Daguunis yuniversity Daawwaatotaa keesan akkamitti barachuu rakkoodha tayee jechama mallaszenawii gufuudha DaqonDanielkibrat&ArtTamagn Qophiidha gurriis Eegumsaa gzx Mooneet yeroo cuftii Dirqamaa Eegumsaa hawaasni dhibeen jaalala dhoksiin jechama artAcaaluu Humni dhageeffatu qabsoo wal'ansaa dhugaa Araaraamaa
@tolashfeyisa6046
@tolashfeyisa6046 Жыл бұрын
Ati dubartii cimtuudha bareduu koo jabaadhu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰
@Sariisarii7070
@Sariisarii7070 Жыл бұрын
Amalaa qabeetti koo ❤🥰🥰
@ibsahaile1505
@ibsahaile1505 Жыл бұрын
Azegajuam gobez nesh
@gaadisajaalalaa1117
@gaadisajaalalaa1117 Жыл бұрын
Bagaa nagaa dhufte qalii nama dhufte qalii nama bareduu koo mataa duree nama nama tolu fida jabbadhu akkamtu itti fufu jabbadhu qalii bayyee nama bareduu ani dhufte🎉
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa tih qalii ❤❤
@MusaHaji-ve2wn
@MusaHaji-ve2wn 4 ай бұрын
Yaa ilmaa namaa safuu egadhaa Dubartin Amanaa dha Sofii kee gudisii Seennaa jabadhuu
@kebekiurga2860
@kebekiurga2860 Жыл бұрын
Jalqaba kana nuuf qooduu keetiif galatoomi! Garuu yaa intala abbaa Gadaa of eegi! Namni amala adda addaa qaba. Bifa irra gubbaa qofa yoo ilaaltee hallayyaa dhaqxa. Namtichi siwajjinii kun amma akka yaadicha hubadhutti abbaa manaa kan guutuu miti.Qalbeeffadhu, kun boru qarshiitti isin gurgurata. Mee hubadhu gatii jireenya keetitti baaste. Bifa, sammuu...itti dhabde, miilas dhiqxe, yaalte rakkinaa isaa hunda wajjin. Fayyistee jirtaa? Hin goyyoomin, hin booyiin, murteessi! Harra murteessuu dadhabde taanan boruun kee gaarii hin ta'u.Jireenya keetiin hin taphatin!
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa tih qalii ❤
@WarkeAbate-iv5lc
@WarkeAbate-iv5lc Ай бұрын
guyyaa tokko walitti deebi'uu dandeessu
@tigistmariam
@tigistmariam Жыл бұрын
Innii dhugaan dhuffee kinoo
@shageewmariyam5362
@shageewmariyam5362 Жыл бұрын
Dhugaa atii dubartii jabduu giftiidhaa❤❤❤🙏🙏🙏
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa tih qalii ❤❤
@mucaayesuus4916
@mucaayesuus4916 Жыл бұрын
Ufffffiiiii bayee namaa gadisisaa dhugaa waqayyoo obsa sifa ha.aa kenuu hadhoo koo safuu dhirafii uuuuuuuuu waqayyoo bichaa amanana 📖🙏😢😢
@faaxeelove8142
@faaxeelove8142 Жыл бұрын
Jabduu intalaa dhugaa rabbii🎉🎉❤❤❤
@fatumahasen7324
@fatumahasen7324 Жыл бұрын
Jabdudha wanta akkan garaa namaa gubuu kolfaa dubati jabdudha ati jabadhu innimmo guyaa mila kee irrati buhaa dhifama sigafatutu dhufaa dhufaa abshri baredduu
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa tih qalii to ❤❤
@sofiaasfaw7234
@sofiaasfaw7234 Жыл бұрын
ati obboletti baareedu waa hunidanu baayee nama tolta rabbin caara kee sii haa midhassu!! Jabadhuu !!!❤️💜
@BurtukanTadesaa
@BurtukanTadesaa 3 ай бұрын
Jabadhuu waqayoo sii fanaa jiraa eshii💗💗
@SINGITAAN
@SINGITAAN Жыл бұрын
Seenaa akkasii qabatama obboleessii ko mucaan aadada ko hintaala tokkorrattii hojjete dha homaa mitii obboleeettii ko ko jabbaadhuu😢😢😢😢😢🎉
@boseapplicant9417
@boseapplicant9417 Жыл бұрын
Wayyoo Hojjiin dhiirraa Waaqayyoon Akkaa Nama miti Obsii Obbleettii Koo Bagaa dhiirraa Shamarran Nagaduu Dubaa hin Demiin 🏌️🏌️🏌️🏌️
@foziad-rx8ir
@foziad-rx8ir Жыл бұрын
Homaa mitii jajjabaadhu ati..dhumti isaa garuu waan gaarii ta'u natti hin fakkaatuu gurbaa sani
@NagaasaaMishaa
@NagaasaaMishaa 9 ай бұрын
Harreerraa Waaqayyoo bilisa sibaase. Carraa gaarii biroo, kan caba kee itti fayyitu; siif yaa kennu inni hundaa olii!
@midiashow1834
@midiashow1834 Жыл бұрын
Jabaadhuu giftii koo 😢 dhiirri baraa amma nuu galaafttee waaqa😊😊😮😢
@gehyrdhcsj5066
@gehyrdhcsj5066 Жыл бұрын
Ajibaa dhirsaa akkanas namara ha qabuu rabiin
@tayetuasefa8191
@tayetuasefa8191 Жыл бұрын
Ana jalaleko ijoluma narati jalate 😢
@mdamin9092
@mdamin9092 Жыл бұрын
Yaa rabbi nu tiksii
@intaalaoromoo4084
@intaalaoromoo4084 Жыл бұрын
Waww jabduu dubaartii dhirri sareedha
@jamalmohammed-kv8gp
@jamalmohammed-kv8gp Жыл бұрын
Dhugaa dubbaachuuf muxxannoo Ajaaiba qabda Dubartii Akkana rabbii naaf haa hiruu yokkiin keenu
@user-sv7je3py1i
@user-sv7je3py1i Жыл бұрын
Haadhoo Koo jabaadhuu,,😢😢😢😢😢😢😢kan dhiirotaa nama ajaa'iba 😢😢😢
@AlamudinAbdela-yr7kc
@AlamudinAbdela-yr7kc 3 ай бұрын
Dhugaa seenaa ajaa'ibaa nama dinqisiisu
@ayanturak6163
@ayanturak6163 Жыл бұрын
Wowowo mucatii qashatii ❤
@GadiseTesfaye-yh4jd
@GadiseTesfaye-yh4jd Жыл бұрын
Dhugaama Mana namoota danuu keessa jiruudha garuu Gadheef gaatishee kanfaluun barbaachisaadha.murtoo tokko fudhachuun....
@Siifjira1000
@Siifjira1000 Жыл бұрын
Bishaan daakuu hin beeku Hoccii 😆😁
@user-gj7cn3sw5q
@user-gj7cn3sw5q Жыл бұрын
Hoccii kanatii mada'ee galaam kkkkkkkkkkk 😁😁😁😁😁
@mohamedhunbanna2187
@mohamedhunbanna2187 Жыл бұрын
Subaahanallah
@fatmaa164
@fatmaa164 Жыл бұрын
Jajabadhu abdii inkutatin
@TarikuFikaduTarexman-om6xb
@TarikuFikaduTarexman-om6xb Жыл бұрын
Baayyee namatti tola mooneet gaafffii keenyaaf deebii deebiste
@kiyayeasellawatube4721
@kiyayeasellawatube4721 Жыл бұрын
Jegana set neshe berechi 👏👏👏
@user-vm7jb2mf3g
@user-vm7jb2mf3g Жыл бұрын
Waqqayyoo qalbii isaa haajiiruu
@shibireshifara3805
@shibireshifara3805 Жыл бұрын
uuuufff seenaa garaa namaa nyatuu hayii carra kenyaa😢😢😢😢namaa hundaa irra jiraa giftuu ko kun jabadhuu
@leenii694
@leenii694 Жыл бұрын
Amalan qabettii koo jabaadhu ❤❤❤
@FetooBilu
@FetooBilu 3 ай бұрын
Jabadh ati jabduudha❤❤❤
@MameOro-bs6jh
@MameOro-bs6jh Жыл бұрын
Hhhhhhh namichii saree dha😢😢😢😢
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 Жыл бұрын
Deemsis qabeenyaa Uumaa waliin deemsis fayyaaf toleekaa daguun Eegumsaa jalaala Bahaa/dhihaa gurriis Eegumsaa
@abdiikooyesu4698
@abdiikooyesu4698 Жыл бұрын
We come yeroo Jalalaa ❤❤
@tokkummaaoromoo-yu6rh
@tokkummaaoromoo-yu6rh Жыл бұрын
Irraa isin haa baraaru ijoo
@Behind848
@Behind848 Жыл бұрын
Ilma dhaluun dura Eenyumaa wali qarrachu qabda dhirafi dubartiin
@kedirkufa2657
@kedirkufa2657 Жыл бұрын
Sirba Art Alamitu Sime nu affeera. ormi hin galin nu Jidduu, Furii koo
@asterbirhanu9280
@asterbirhanu9280 Жыл бұрын
Yoma miti baguma nu midhan bayye nu jabesaa male nu hin lafisan bicha yero saniti baye nama midha 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@ajmanuae9873
@ajmanuae9873 Жыл бұрын
Seennaa koo seennaa Aja'ibaa qadaa dhugaa
@jmmu9942
@jmmu9942 Жыл бұрын
Wayoo gara nama nyaatii ❤❤❤❤
@negariamsalu8697
@negariamsalu8697 3 ай бұрын
Qulqulluu Sabbontuu ilmaa nama
@syphooroomiya7377
@syphooroomiya7377 Жыл бұрын
Bareedu koo waqni nama gaarii akka keeti sif hakennu❤❤❤
@user-yb3ub8bq1e
@user-yb3ub8bq1e 5 ай бұрын
Ana nyatu hadhookooo sareen sii nyate
@meseretsarah6044
@meseretsarah6044 Жыл бұрын
Dhugaa jetee.moneet. Malii.inni
@oromiyaabiyyako7727
@oromiyaabiyyako7727 Жыл бұрын
Lachuu keessaani baay’ee baareduu ❤❤❤❤❤❤
@almejesus900
@almejesus900 Жыл бұрын
Baayyee nama gaddisisaa jabaadhu ati hin badduuti
Yeroo Jaalalaa
24:59
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 51 М.
Yeroo jaalalaa Kutaa 2ffaa
21:10
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 79 М.
KINDNESS ALWAYS COME BACK
00:59
dednahype
Рет қаралды 167 МЛН
New model rc bird unboxing and testing
00:10
Ruhul Shorts
Рет қаралды 24 МЛН
ЧУТЬ НЕ УТОНУЛ #shorts
00:27
Паша Осадчий
Рет қаралды 9 МЛН
yeroo jaalalaa- Jaalalatu naqabe mala naaf malaa
19:17
Melko
Рет қаралды 362 М.
April 8, 2024
10:05
Heeran
Рет қаралды 7 М.
Funeral service of (L) Linus @Nguldinglen Haokip (I)
1:06:36
Min_Haokip
Рет қаралды 1,8 М.
OROMIA11: KOMEDIIYAAN WAAQOO FI HAADHA MANAA ISAA.
42:50
Oromia 11
Рет қаралды 509 М.
Seenaa Huunda kenyaa | Booqoonaa 1, Kutaa 1
41:10
Yegna
Рет қаралды 345 М.
FiB: Dhamdhama Jaalalaa; "Nan Jaalladhaan Jedhee Yaadee hin beeku"........!
27:46
FIB Advertising & Requiretments
Рет қаралды 90 М.
Dargaggoo Jaalalaan Miidhame.
23:43
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 41 М.
Yeroo Jaalalaa
21:08
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 62 М.
Моя Жена Босс!
0:40
Petya English
Рет қаралды 3,7 МЛН
КАЧЕЛИ ИЗ АРБУЗА #юмор #cat #топ
0:33
Лайки Like
Рет қаралды 4,1 МЛН