# Yeroo Jaalalaa

  Рет қаралды 48,236

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]

Жыл бұрын

Yeroo Jaalalaa

Пікірлер: 421
@saciathopia7125
@saciathopia7125 Жыл бұрын
Yoo waaqayyoo jedhee yeroo jaalalaa kanaa irratti nan hirmaadhaa. Ani jalladhee hin dhabnee garuu akkataa jalalaa kenyaa kan baayee nama aja'ibudhaa. Baayee jalladhaa innis baayee naa jallaata ijollee 2 godhaneeraa ammallee jalalaan jirannaa. ❤️❤️❤️
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💚💚💚💖💖
@hayatiorotube4241
@hayatiorotube4241 Жыл бұрын
Dhugaa dubachuu jalaltii nuu fixee jurenyii Ethiopia qalftee jarsaan gargarii nuu fagesitee mee namnii akkaa Koo namaa jalatanii sababaa jirenyaa irraa fagatanii boqonnaa dhabdanii rabbii waltii nuu haa fiduu mucaa sifisii rabbii haa lafisuu uuuuuuuuuuuuuuuufffffffff 😭😭😭💘💘💘💘💔💔💔💔
@mdamin9092
@mdamin9092 Жыл бұрын
Good aaamiin
@Oromiapost212
@Oromiapost212 Жыл бұрын
Oddu
@sabontushawa2939
@sabontushawa2939 Жыл бұрын
Abshir anille akumakedhaa💔😥
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💚💚💕💕
@arabeearsiiasallaaarabeear8357
@arabeearsiiasallaaarabeear8357 Жыл бұрын
Baay'ee jiraa 😭😭😭😭😭
@BiftuuLemma
@BiftuuLemma 11 ай бұрын
Aboo kenna kee waaqayyoo biraa jirti ati hin gowwomni adaraa wangeela gatee kaasi jaalala dhisi malee wangeela sagale waaqayyoo kaasi haafurii hamaan jaalalaan sii galee humna dhigaa yesuusin yaa cabuu sirraa
@milkiigurmuu6421
@milkiigurmuu6421 Жыл бұрын
Yeroo baay'ee namootni jaalala dhugaa nama jaalatan, nimiidhamu! Yoona kijibaa tokkootu sirraa xalafe!
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💚💕💕💕💖❤️❤️❤️
@chalamitafa2605
@chalamitafa2605 Жыл бұрын
obbolesaa koo hin gowomiin dubbartiin ni jijiramtti , bifaan , qabenyaa fi wantotaa addaa addaattin ni jijiramtti waan ta'ee kan waqayyoo sif kenne atti hin dhabduu ..... dubbarttin halaa mijattaa barbadii garuu hundaa miti .... jalqabaa sii jaalati sii maale hin jiradhuu siin jechuu dandessi waan bayyee siin jechuu fi siif ta;uu dandassi ... garumoo kan hundaa kessaa batte garuu ni jijiramtti .... kanamoo homaa gochuu hin dadessuu .... kan akka garaa kee tatee rawwatte waqayyoo akka siif kenuu hin shakkiin ..... hamaa yowwaan jalalaa jalqabuu dandessi ... kan bodaa yoo dhufteyuu sii gowomsitti siin taphatti malee siin fayyaduu!!!!!!!!!!!
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💖💖💖💕💕💕💕💖❤️❤️❤️💚💚💚💚
@lagesaguluma2412
@lagesaguluma2412 Жыл бұрын
Gurba waan si hingale Jira. Yoo jalali keef kaan ishi waalqixa hin ta'in dirqiti sii jalati?atii gowaa waayiti.midiyaa irrati batee ishi malee jetee bochaa.yo kaan birra jalatee ho!
@zaburawallaggaa1098
@zaburawallaggaa1098 Жыл бұрын
​@@lagesaguluma2412 shamarri hundi tokko miti hindogoggoriin.
@BurtukaanzawudeZa_burtukaan
@BurtukaanzawudeZa_burtukaan 6 ай бұрын
Jabadhuu waqayyoo obsaa siif haa kennuu jalalii ufataa dha 💔💔💔💔💔💔warri shamarani moo jalalaan nama bochisinaa
@mullalamma6213
@mullalamma6213 Жыл бұрын
Ayiiiii 😭😭 shamarran keenyaa Obboleessa koo dhiisi hojii wangeelaa keetti fufi jaalalli namaa yeroofi isa yeroo hundumaa si jaallattu yesuus biraa hin hafiin hojii hafuuraa keettifufi📖📖📖✝️👈
@sabontushawa2939
@sabontushawa2939 Жыл бұрын
Ishen qilee hasentu barumsa macaafa qulqulluuu adda hinkutiin wan waqayyo sif godhu hinbektu 🙏❤
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii to❤❤
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Matii nafii tatii maloo sanyii koo
@mohammedtayyab8034
@mohammedtayyab8034 3 ай бұрын
Jaalali onnee nama cabisitti garuu oboleessa koo namni nama gataa kani nama hin ganne waaqayyoo qofa jabadhu gara waaqayyootti waaqayyoo guyyaa qaba ishii keti mitii
@hanan.2128
@hanan.2128 Жыл бұрын
Sittu jaalatte malee isheen siin jaalattu tahu danda'aa osoo jaalallaa kee qabatee goonkumaa siraa addaa battuu jaalallii addaan faggaattanif gidduu namati hin baadu. Iddoodhuma siif hin qabdu jaalallaa miiti kabaaja namumaayyuu qabdu osoo akkas tahee guyyaa tokko ilee bilbillaa kee kastee miraa kee egdee karaa nagaa siraa addaa baatti ykn hiriyyootta keen siif erguu qabdi ergaa. Jaalallaa fi miraa keenya addaa basuu qabna. Yeroo sanati miraa keessaa galtee malee jaalallaa fakkatuu akka kootti dhifamaa naf godhi. Osoo jaalallaa tahee dubartiin nama tokko dhugaan jaalattee jenan ni duuttif. Kanaf miraa ijoollee ykn umurii keessaa jirtu irratti yaadan bilchesitee of amantee siitti amantee waan sii jaalatte fakkatuu. Jireenya keessatti kan WAAQAYYOO jedhe kan lafee kee irraa umamtee wajiin jiraatta malee waan ofii filatteef wajiin jiraachu dandesuu amantiin akkasii fedha WAAQAYYOO yaa tahu jedhi jireenyi fedha WAAQAYYOO malee tahuu waan tahef. Akka kotti fedha WAAQAYYOO yaa tahu jedhi dirqamaa ishee tahu qaba hin jedhin.
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💖💖💚💕
@SINGITAAN
@SINGITAAN Жыл бұрын
Uuuufffff dhiisi haadho ko waaqayyoo wani tanee ttii yutii siraa addaa baasee gaara mana waaqayyoo garaa manasatti si ha deebifatuu yo deebihuu didees waaqayyoo kan ishee jireenyaa ke haresituu sif ha kennuu
@yaadashiishumi
@yaadashiishumi Жыл бұрын
Ati hafuraa Kee hin ajjeessin nama duute baduuf afuurrii waan du'ee jiraachisaa
@qalloowarratuulamaashaggar1477
@qalloowarratuulamaashaggar1477 Жыл бұрын
Ati jabaadha rabbii obsa siif haa laatu Hundi keenya madaa qabna kuni moo aarsa jaalallitti rabbii dhuma kee siif haa bareechuu💔😭
@moiiboonkatamaa
@moiiboonkatamaa Жыл бұрын
Ani barsiisaa kana jechan ittiin qeequn dhabe! Waaqayyo inni jaalala dhugaa si keessa kaa'e; dhugumaan garaa ishee siif haa laaffisu! Guddaa namatti dhaga'ama! CV
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii ❤❤
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💖💖💕💚❤️
@user-py4do4ks1n
@user-py4do4ks1n Жыл бұрын
Yoona hiriyaadhuma keetu sirraa fudhate, kanaafuu yo hireeke hintaane humnaan ofjaalachisuun hinjiru ... waaqayyo wancarraa keeti sifii haakennu ,jabaadhuu...
@hadhaako
@hadhaako Жыл бұрын
Adaraa Wangela addan hin kutiin debiyii 💔
@urgoogammachuu3626
@urgoogammachuu3626 Жыл бұрын
Waaqayo sii haa jajabessuu abshir jabakoo
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii to ❤❤
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💚💚💖
@AliAbouzghaeb-ex4zm
@AliAbouzghaeb-ex4zm Жыл бұрын
Giiftiikoo atis yoo hordafte hinmiidhin jaalalaan
@abbabachiiabarahaam428
@abbabachiiabarahaam428 Жыл бұрын
Rabbii siyyaa lafisuu baayyee ulufataa garuu dhugaa dhubachufii ilimaa dhiraa namatiii buraa ofumafii boyuu wayyaa rabbii cuubbunii ilimaa dhiraa imiminii dhaggalasee bouu garii mittii boruu kefii simidhaa imimanii dhiraa yerofii malee gaffa tokkoo situu bayyaa bekkii obolesaa kee wanii firaa kee mittii kanii erumutuu alagumaa erumataa watefii debiyii fii adraa adhafii iirriiyyaaa jalaqabbaa llamaa inii aragatanii oboletii kenyaa🙏🙏🙏
@ajemashugute3299
@ajemashugute3299 Жыл бұрын
Chiikonnj yeroo baayyee namoota gara laafeyyii fi namoota jaalalaaf bakka guddaa kennan miidhuu baayyisu.
@alamialami8135
@alamialami8135 Жыл бұрын
Waan hundumaa dhiisii Garuu waangeelaa baraachuus, naasisuu illee hin dhiisin adaraa jireenyii kee xumuraa isaadha.
@aminafayiso5912
@aminafayiso5912 Жыл бұрын
Maloo hojii Wangelaa addaan hin kutiin Waqayyoo sii gargaraa goftaa yesuus 📖📖📖uuuufffuuu fonnii kenyaa kan gawaa namaa godhaa
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💖💚
@BiftuuLemma
@BiftuuLemma 11 ай бұрын
Ati caalisi wangeelaa duuka bu'e waaqayyoo kan dhugaa sii jaalatu sif kennaa
@caaltuutube7217
@caaltuutube7217 Жыл бұрын
Uffu waaqayyo si haa gargaru Araaras siif haa deebisu dhugaa baayye ulfatadha
@HaadhaBoonsii
@HaadhaBoonsii Жыл бұрын
Ati dhugaan jaalatte haga ishee jaalatte isheerra jaalala hin argattu taha.Garuu Jaalalli waaqayyo haga lubbuu isaa tokkicha siif kennuutti sijaalate.. yeroo namni sirraa fagaate ati gara waaqayyoo dhiyaachuu qabda isatu madaakee fayyisa.
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕❤️
@user-gl3ve6rg3f
@user-gl3ve6rg3f 3 ай бұрын
siif keenaa rabii ishii
@AnuwerAman-yc2ys
@AnuwerAman-yc2ys 3 ай бұрын
yeroo amma kana ishii shantama walin jirti atti immoo dirre duwa irra jirta siif jajjabbinaa ishif ---'----
@lifevschallenge6962
@lifevschallenge6962 Жыл бұрын
Eergaa Guddaa Irra baraacha jirra.jaalalli garuu wal madaaluu qaba jallachuu qofa osoo hin tanee jallatamuunis gaarii ta'a.
@hadhaako
@hadhaako Жыл бұрын
Waaqayyoo siifaa milkesuu dhugaa Nii ulfaataa jaalalii 😭💔
@toltuutoltuu9759
@toltuutoltuu9759 Жыл бұрын
❤❤❤❤😭😭😭😭
@kiyyaailluu7482
@kiyyaailluu7482 Жыл бұрын
Ayii waaqayyoko ❤❤
@donmia9817
@donmia9817 Жыл бұрын
Jirenyii biyyaa lafaa in gutuu obsuutu gariidhaa 👏👏👏👏👏👏👏👏👏
@senaaaboggalaa1747
@senaaaboggalaa1747 Жыл бұрын
Jalala kanan Ana qofaa sehayuma Kan midhamee wayoo jalalala 💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@AliAbouzghaeb-ex4zm
@AliAbouzghaeb-ex4zm Жыл бұрын
Milkaayii bro koo jabaadhu qeerroo
@Daretube7319
@Daretube7319 Жыл бұрын
Ayyiiii waaqayyoo yoo qoda kee taate sif haa deebisu ati garuu dhiira garaa jabaatu ta'i kan kee omtuu hin fudhatu
@sanyiibulloosanyiileenjisoosan
@sanyiibulloosanyiileenjisoosan Жыл бұрын
Dhira fi dhalaa illee nama osoo jalatuu ykn isaa jalatuu sii dhiftee demmtee ma bosuu silaa osoo sii jalatee sii dhiftee demmtii😜😜😜😜🥵🥵🥵🥵🥵🥵🥵🥵🥵🥵🥵🥵🥵🥵🥵🥵🥵🥵🥵🥵
@Hiftuu3934
@Hiftuu3934 Жыл бұрын
Abshiir obboleessaa kenyaa waaqnii jalalaa humee siif yaa Laafiisuu Ammeen jedhiii madaa jalalaa kaan maadaahee💔 qofaatuu namaf hubaataa 😪😭
@robsonfekede4031
@robsonfekede4031 Жыл бұрын
Dhiroo dubartii seexana beekii gararaadha isaan yoo dhamsaa kanaa dubbiftee naaf bareessii waa baay'ee waaliin dubbanaa obboleesaa kiyyaa ani ilee akkuma kee waan baay'ee siif qooda dhiisii dhiroo kootumee waaliin dubaana
@BiftuuLemma
@BiftuuLemma 11 ай бұрын
Situ jaalatee malee ishin sii hin jaalanee maloo obboleessa koo dhaala baraa kanaaf hin dhiphaatin
@araarseegalaanaa9953
@araarseegalaanaa9953 Жыл бұрын
Ayiiii waaqayyoo walitti isinii haa araarsuu😭😭😭
@ysrx8655
@ysrx8655 Жыл бұрын
Uuuffffii waa ee jalala bayee ulfataa anilee nama midhamee
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💚💚💚💚💚💚💖
@mammam9172
@mammam9172 Жыл бұрын
Dhugaa dubbachuuf ati dhugumatti jaalataadha waaqayyoo garaa siif yaa laaffisu obssaan eegi
@taaddutt2215
@taaddutt2215 Жыл бұрын
Uuuuuuuuuuuuuuu abo Waaqayyoo hama giduu keessan galee sin giduudha haa basuu barsissaa 😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥😥
@sifaangosaa1632
@sifaangosaa1632 Жыл бұрын
Waaqayyoo jira dhugaa ulfataa ta,uusi waangeela barissuu dhisuu hin qabduu
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💚💚💚❤️💕💖
@awelabdel7783
@awelabdel7783 Жыл бұрын
Dhiira taate isii yo kadhate jirenyaa kee guutu gabrumman jiraata
@madinataju7355
@madinataju7355 Жыл бұрын
Mucaa biyya koo jaalaalaf hin jilbeefatin qaacoo abbaa kee horroo barnootaf malee durbaaf hin jarjaaran
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii to ❤😘
@kumaaorotubes2718
@kumaaorotubes2718 10 ай бұрын
Hamma jaalatan malee hamma jaalataman waa nama hin beeksisu. Atilleen obboleeysa kiyya akkanuma jechuudha. Ani kana qunnameen jira garuu jaalalti nabira qofa akka ture erga adda baane naaf gale. Kanaaaf dawaan kee dubara wahii collee wahii laallachuu qabda.
@zueyrooto9671
@zueyrooto9671 Жыл бұрын
Wow yaa jalalaa abshiir gurbaa hawii galatomii atiis
@fanooshchala6181
@fanooshchala6181 Жыл бұрын
Namnii garaan jaalatanii kamiyuu bofaa cakkatii
@fanooshchala6181
@fanooshchala6181 Жыл бұрын
Jaabadhuu waangeelaa keetii innii dawaa waa maratii
@Deebiikoolove123
@Deebiikoolove123 Жыл бұрын
Ati Ammas midhammaa tatee jiraachuu keef gammadii garuu, cubbuu gotaan qabduu tannaan lachuu keessan iyyuu jireenya bara baraa irraatti dhiibaa sitti uumaa kadhadhuu Waaqayyoo dhimaa kee gudduu galaa, Darbees ati Wanumaa kaam keessa yoo jiraatee iyyuu wangeelaa irraa addaan ba’uun sirra hin turee dhugaa, 😢😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💚💚💖
@Deebiikoolove123
@Deebiikoolove123 Жыл бұрын
@@desistuutube3083 atis Kottu
@gishaabrrrrr2865
@gishaabrrrrr2865 Жыл бұрын
Isii noon kan biraa walii jiraacha jirtii itti yaadii
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️❤️💖💚💕
@koketyenewud1569
@koketyenewud1569 Жыл бұрын
Amaani obboole yomuu namaa jaalata waliin hin jirraatan kanaa samuu kee hubaachisi atii fayaa keef yadii raabi kan sii jalaatu siif haa kenuu
@promobile4243
@promobile4243 Жыл бұрын
Dhaguu jitee
@user-sv7je3py1i
@user-sv7je3py1i 6 ай бұрын
Moonetiyyee baga nagahaan dhufte ❤❤❤moonii bareedduu kabajamtuu wayiidhaa ሞንዬ ቆንጆ እንወድሻለን ፍቅር ፍቅር የሆንሽ ልጅ ሁሌም ታምራለሽ ክፉ አይንካሽ ጤና ሰላምሽ ይብዛልሽ ከነ ቤተሰብሽ
@seenaaguutaa597
@seenaaguutaa597 Жыл бұрын
Yaa jaalalaa wan namaa goodhuu namaa jaalateetu bekka abshir obolesoo 😢
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💚💚💖💖❤️
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Matii nafii tatii maloo sanyii koo
@stayonline5130
@stayonline5130 Жыл бұрын
Ati namaa dhugaati amani kanumaa keeti hin shakkiin seenaa wal fakkatuu qabnaa ani fi ati akkumaa kee kanaan jecha ture fuudhe dhalchee ji'a 3tti hiike anaan dhiifamaa na gaafatee
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee ❤️💕💕💖💖💚
@Iftuu761
@Iftuu761 Жыл бұрын
Uuuuufff yeroo baay'ee dhirotaatu bohaa anile guyya tokko bakka kanati argamuun barbaada jarsii koo tokko na ganee 😢😢😢😢😢
@laalliaa6371
@laalliaa6371 Жыл бұрын
Ayyii rabbii waliifi isina haddeebisu jallaali hidhaa waani hunddati jeedha macafitii kani kee yoo tatee addani hin batani
@sah8587
@sah8587 Жыл бұрын
dhugaa ❤ ❤ ❤ 🌹🌹🌹💯💯💯👍👍👍🐅🐅🐅
@hhjj6607
@hhjj6607 Жыл бұрын
💔💔💔💔💘💝💔
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️💕💕💖💚
@medinaibraham2917
@medinaibraham2917 Жыл бұрын
Yaa rabbii miidhaa jalaalaa nuu baasi amishiruu broo
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee ❤️❤️❤️❤️💕💚💚💚
@degitubakana1352
@degitubakana1352 Жыл бұрын
yoo waaqayyoo keetti jedhee keettuma yoo waaqayyoo kee mitii jedhee moo kan kee waaqayyoo siif kenna obolleessa koo waaqayyoon kadhadhu..
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💖💚
@bayisaduressa8921
@bayisaduressa8921 Жыл бұрын
Abshir leenca koo Waaqni jaalalaa kan caalutti si baasa!
@Ayesha11-qn2nv
@Ayesha11-qn2nv 2 ай бұрын
Amshiri jabadhuu ❤️💚♥️
@abdiikooyesu4698
@abdiikooyesu4698 Жыл бұрын
We come nagaa dhufta yeroo Jalalaa ❤❤❤💚💚💚❤❤❤
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💚💚❤️💖
@sanyidtarfa
@sanyidtarfa Жыл бұрын
Yoo ni jaalata ta'e, mirga isee eeguufii gaba.
@mozaratherpa4572
@mozaratherpa4572 Жыл бұрын
Uuuuffff😭❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@obseegorba
@obseegorba Жыл бұрын
Matii nafii tatii maloo sanyii koo
@intaalaoromoo4084
@intaalaoromoo4084 Жыл бұрын
Bagaa sii diddee dhiroonni keenya ammaa mana gessaanitti afaanin fedhikee hundaa siin gutaa jettuu gafaa manan nama gessaan meesha nama godhatuu
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii to 💓💓💓
@chaltufayisa3321
@chaltufayisa3321 Жыл бұрын
Jalalii kenaa waqayooti marfuu waqayoo walitii isinii yaa debisuu 🥺🥺🥺🥺🥺
@caaltuuoromotube3450
@caaltuuoromotube3450 Жыл бұрын
Maalii garuu waan jalaatan Argaachuu dhaabuuf Caraa ilmii namaa ayiii😢😓😭 Nuutii dubaartoonii namaa Jalaatuu dhisnee kaan nuu hi ilaallee Fanaa bakaa qabnaa😐
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💚💚💚💚💚💕💖
@sinbonee5701
@sinbonee5701 Жыл бұрын
Sirba dhisii waqaayyoon kadhadhu funyaan qabe sif deebisa
@misirahabibuu-jo2rt
@misirahabibuu-jo2rt Жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰🥰
@fantofanto4888
@fantofanto4888 Жыл бұрын
🙏🙏🙏🙏👍👍💕
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💚💚💚💕💖💚
@abdurehmannaziro8190
@abdurehmannaziro8190 Жыл бұрын
Good
@burtetube
@burtetube Жыл бұрын
Aberasha obbolesoo jirenyii iti fufaa waqqayyoo sii haa garagaruu 😥😥
@zainara9325
@zainara9325 Жыл бұрын
❤❤❤❤🙏🙏🙏😢😢
@user-sr4gb7vr8m
@user-sr4gb7vr8m Жыл бұрын
uuuuuuufff❤❤❤❤
@AnuwerAman-yc2ys
@AnuwerAman-yc2ys 3 ай бұрын
bilchina sammuu waaqnii namaff haa kenuuu
@pincode2821
@pincode2821 Жыл бұрын
Obbolessoo qalbittii debi'ii shamarraan namaa baruuf guyyaan tokkoo ga'adhaa gooftattii debi'ii
@user-hx2il3tv4w
@user-hx2il3tv4w Жыл бұрын
😁ee miskiina wlh
@AkkmiOromyaa66
@AkkmiOromyaa66 Жыл бұрын
❤❤❤
@sabirina578
@sabirina578 Жыл бұрын
Uuuufffff.wayii.jalaala😭😭😭😭
@baqqaluugaddisaa
@baqqaluugaddisaa Жыл бұрын
Ayyii yaa jalala bekkaa gowaa tasistuu!!!!
@ababowedajo4964
@ababowedajo4964 Жыл бұрын
Maltuu jonjeesse fiixe dhiraa keenya 😂. Amaa nama isaa hin jalaaneef bo’uu maltuu fiide kan isaa jalaattu akka jirtu malif dagaate
@alemneshbayene7696
@alemneshbayene7696 Жыл бұрын
Kkkkk
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💖💖💚💚❤️❤️❤️
@milkyet5873
@milkyet5873 Жыл бұрын
Sitaan kolfee 🤣🤣🤣🤣🤣🏌️‍♂️
@ababowedajo4964
@ababowedajo4964 Жыл бұрын
@@desistuutube3083 🥰 tole
@dessimahdi2957
@dessimahdi2957 Жыл бұрын
😁😁😁
@dinka9369
@dinka9369 Жыл бұрын
🥰🥰🥰🥰👍💚
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💚💚💕💕💕
@gishaabrrrrr2865
@gishaabrrrrr2865 Жыл бұрын
Hin Gowwamiin isiin yeroo sanifuu fayyaadha sii jaalalaadhaa jechuu dandeesee ofi egaanuu godhuu
@ebbiseoromo3626
@ebbiseoromo3626 Жыл бұрын
Jalachuun sirridhaa garuu namaaf jette of midhuun kee sirrii miti of tasgabeessi obboleessa koo
@AdisDiriba
@AdisDiriba 13 күн бұрын
Maloo osii dhugaa
@dessimahdi2957
@dessimahdi2957 Жыл бұрын
Uuuffffffff misikina koo
@shiteediribaa5884
@shiteediribaa5884 Жыл бұрын
Uuuuufff ❤️❤️❤️❤️❤️😭😭😭
@maqdes6611
@maqdes6611 Жыл бұрын
Yaa obbollesa koo garaa waqaayyyo debi.i maaf irra kadhadhu garuu hirree kee yo tatte kan keetti ati jechuun waa bayee dhalo ta barsisa jirta Jalala jechuun waqaayyo dha laphee qulqullu qabda
@amanaaQuruu6491
@amanaaQuruu6491 Жыл бұрын
Kotuu matii nafa thii qalii to 💓💓
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💖💖💖💕💚❤️
@maqdes6611
@maqdes6611 Жыл бұрын
@@amanaaQuruu6491 tolle
@maqdes6611
@maqdes6611 Жыл бұрын
@@desistuutube3083 tolle qalii koo
@TesemeGirmaa
@TesemeGirmaa 2 ай бұрын
Dhuga bayee ulftaa hojinii namataa tokoo tokoo
@maseretregasa8
@maseretregasa8 Жыл бұрын
💕💕💕💕💕💕💕
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💕💕💕💚💚💖💖💖💕
@appcell1306
@appcell1306 Жыл бұрын
Halumaa kanan itti fufi jabadhuu
@BakarNura-tw9rg
@BakarNura-tw9rg Ай бұрын
Ayii miskiina 😢😅
@user-or8yu4gs1z
@user-or8yu4gs1z 8 ай бұрын
Lakoosaa waraa yeroo jalalaa
@wsaseesa2314
@wsaseesa2314 Жыл бұрын
Abshiir waqayoo siif jiraa😭😭😭😭😭😭
@mooneetifaa4780
@mooneetifaa4780 Жыл бұрын
💕💕💕💕💕💕😍😍😍😍
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💚💚💚💕❤️
@biliseekuubii2347
@biliseekuubii2347 Жыл бұрын
Baayyee nama gadisisa dhugaa 😢😢😭
@halimalima9873
@halimalima9873 Жыл бұрын
😍😍😍😍😍😍🌷🌷🌷🌷🌷
@desistuutube3083
@desistuutube3083 Жыл бұрын
Mattii naaf ta.iimee 💚💚💚💕
@user-hq8eq5ph3r
@user-hq8eq5ph3r 5 ай бұрын
Waan hudaa obsaan dabarsuun gaaridha
Yeroo Jaalalaa
23:33
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 75 М.
April 8, 2024
10:05
Heeran
Рет қаралды 7 М.
Heartwarming moment as priest rescues ceremony with kindness #shorts
00:33
Fabiosa Best Lifehacks
Рет қаралды 38 МЛН
Nastya and SeanDoesMagic
00:16
Nastya
Рет қаралды 17 МЛН
Каха и суп
00:39
К-Media
Рет қаралды 6 МЛН
Yeroo Jaalalaa
24:51
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 23 М.
ForX Entertainment Media: PODCAST" NUTI JAJJABOODHA" Ummu kaanus
1:00:28
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 70 М.
Yeroo Jaalalaa
29:00
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 61 М.
Yeroo Jaalalaa: Dhiifama
22:13
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 66 М.
Yeroo Jaalalaa
18:10
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 15 М.
Выйграли Много Денег с Сыном
0:55
Карман
Рет қаралды 8 МЛН
La emociones de Bluey #歌ってみた #bluey #burrikiki
0:13
Bluey y BurriKiKi
Рет қаралды 15 МЛН
When an RV meets a zombie outside #rv
0:21
campingWorld
Рет қаралды 26 МЛН
He understood the assignment 💯 slide with caution x2
0:20
Carlwinz_Official
Рет қаралды 25 МЛН