YESUUS NA HIN GANNEE, NA HIN GATUUS! FAAR. ABAATA GAMMACHUU.

  Рет қаралды 18,650

MO'AA TV

MO'AA TV

4 жыл бұрын

YESUUS NA HIN GANNEE, NA HIN GATUUS! FAAR. ABAATA GAMMACHUU. #SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE

Пікірлер: 120
@lelonagi9555
@lelonagi9555 10 ай бұрын
Ebbifama Ebbifama waqayon bara kesati nama qaba kana caalaa Ayyaannii dachaa isinifii haa baay atuu Ebbifama Gootaa wangela Umuri dheradha Maqa Yesuusiin 💪💪💪💪📖📖📖❤️❤️❤️❤️
@burki7633
@burki7633 Жыл бұрын
Hebbifamaa dachaan dadabalee waqayyon Sinha hebisu hayyanii dachaniin hisinfha bayyattu Amen Amen Ameeeen
@burki7633
@burki7633 Жыл бұрын
Hebbifama hayyan waqayyoo dachaan dabbalee hisinha bayyisu Amen Amen Ameeeen
@eyobbest4125
@eyobbest4125 3 жыл бұрын
Ayiiiii yaarbii waga meqatan tajajila ykn farfata abate gamachu arge aja'aib rabbii umuri dhera isinif haa keennu
@ketemamezigebu4377
@ketemamezigebu4377 4 жыл бұрын
Hojii TVn Moo'aa hojjete keessaa isa kana akka angafaatti seenaa godhadheera.Naaf eebbifamaa!Nama waaqayyoo abbaa keenya kanammoo waaqayyo umurii isaanii nuuf haa dheeressu!!!
@christhomas6893
@christhomas6893 3 жыл бұрын
Yaa warra TV Moo'aa Waaqayyo gooftaan keenya isin ha eebbisu
@bontukumela4011
@bontukumela4011 3 жыл бұрын
Eebbifamaa waqayyoo siin haa eebbisuu,abbaa kenyaa
@hawii1034
@hawii1034 3 жыл бұрын
Wowoo faarfata Abaata haarggukotti baayyen gaammada ebbifama faarfanna shaamaddade farfacha tuure farfannasaniti waaqayyo daacha sin haa ebbisu
@josytube502
@josytube502 Жыл бұрын
Namani bayeni jaladhu MOA wanguda hojete Galatoma
@gomboobojjii3233
@gomboobojjii3233 3 жыл бұрын
Mo'aa tv farfataa jaalatamaa Abaata Gammachuu dhiyyessuu kessaniif galata gudda qabdu
@rehobootwandimuu5142
@rehobootwandimuu5142 3 жыл бұрын
Ebbifaamaa jiradha
@makdeslove8828
@makdeslove8828 4 жыл бұрын
Amen Amen Amen Waqayoo esin yaebisuu
@ababowedajo4437
@ababowedajo4437 4 жыл бұрын
Farfattaa ani baayyee jalaadhu fi kabaajudha arguukooti guudaan gammaada nuf ha jiraatani waaqayyoo isaan ha ebisuu! Amayyuu ayyaani waaqayyoo cimsee isaan haa dhabu barii jireenya keessani harka waaqayyoo tin ha ebifaamu
@bontuabaadoo8823
@bontuabaadoo8823 4 жыл бұрын
Wow bayyee ebbifama matii ebbaa
@mulugetafikadu4688
@mulugetafikadu4688 2 жыл бұрын
Ajaa'iba dha!!Faarfannaa akkanatti mi'aawan dhagahaa faarfachaa guddanne nuuf kennuu isaaniitti waaqayyo isaan haa eebbisu !!
@aayyootubeimala9770
@aayyootubeimala9770 3 жыл бұрын
WOW anii wagaa tookko bodaan argeekaa akkam natio tolaa waqayyoo bara isaani haa ebbissu
@olinadhufe4338
@olinadhufe4338 4 жыл бұрын
Nama Waaqayyoo obbo Abaatee Gammachuu isin jaallanna umurii dheradha
@adanachadanesh2449
@adanachadanesh2449 4 жыл бұрын
Waqayyo bara jirenya kessan ha ebbisu qophii baay'e namatti toludha nuf ebbifama🌻🌻🌷🌷✔️✔️
@muludebela5305
@muludebela5305 4 жыл бұрын
Wowww Abaate gaamachuu baay'ee isaaanii jaalana nutis sii biraa jiraa jaabadha
@t24748
@t24748 4 жыл бұрын
bayee namatti tola ijoolumakotti farfanaa kana shamadade farfachan ture....i love it really may God bless you... beautiful nature
@BikilaEtana
@BikilaEtana 3 жыл бұрын
Waaqayyo isn haa eebbisu! Faarfataa kana faarsaa isaan malee maqaadhaan hin beekun ture!
@azoz87samri65
@azoz87samri65 3 жыл бұрын
Waaqayyo bara keessanii fi jireenyaa keessan dachaa haa Eebbisu. Eebbifamaa yaa saba waaqayyoo 🙏🙏🙏
@gaarumanofumaaf894
@gaarumanofumaaf894 4 жыл бұрын
Uuuuuufffffeeeee gooftan isiin haa ebbisuu warri tv mo'aa Baga gechaan hundii keesan Amaayu dachaa ebbifama
@moibonitana8152
@moibonitana8152 Жыл бұрын
Dhugaadha Faarfannan ba'aadha yookiin dhiitoodha hanga nama keessaa akka nama ba'aa of-irraa buufateetti yoguu ofirraa buufatu haara galfatu yookii akka dhiitoo dhiita'ee nama keessaa dhangala'ee ba'uutti nama keessaa yommuu ba'uu sanaati.
@yesusgofta3527
@yesusgofta3527 3 жыл бұрын
Ebifamaaa ebifamaaa Nama waqayoo ebifamaaa darbaa demaa obbolotakoo
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuuuffffee Ammmmeeen Ammmeen Ammeen Ammeen wàqqaayyoo bara jireenyaa keessin haa ebbisuu🙏🙏🙏💯✅
@odaaguddaa406
@odaaguddaa406 4 жыл бұрын
Eebbifamaa,baayeen gammada nama waaqayyoo nama guddaa kana arguukoof. Baran musilima ture mucummaakootti,faarfannaa kana nan dhaggeeffadhan ture.obboleessikoo faarfannaa kanaan Gooftaa amane
@zatonaaa4882
@zatonaaa4882 4 жыл бұрын
Wawoo waaqayyoo bara kesannii haa ebissuu 💖💖💖💓💓💓💓💓💓👏👏
@youtubegenii2361
@youtubegenii2361 3 жыл бұрын
Uuuuuuuuffffffff Abaa Dhugadha Ebbifam
@SamsungSamsung-zn6gz
@SamsungSamsung-zn6gz 4 жыл бұрын
Waaa baay'ee namati tolaa namni waaqa baraa kan akkana jiraa jedhee hin yadduu ammayyuu waqayyoo hangaa dhumaati isan yaa dhabuuu umurii dheradhaa nama waaqa
@debiketi9674
@debiketi9674 4 жыл бұрын
MOA TV eebbifamaa keep it baayee isin jaalanna
@birhanialimo5532
@birhanialimo5532 4 жыл бұрын
Uuuuuuuuffffff waaqayyo sihaaebisu ebbifamaa baraf jirenya keessan haebbisuu 🌻🌻🌻🌻🌻🥀🥀
@samigetch9901
@samigetch9901 4 жыл бұрын
Nice and blessed program! Keep working hard to reach our massive society!
@dibooramucaayesuusi4237
@dibooramucaayesuusi4237 4 жыл бұрын
Wowwwwwww waaqayyoo bara jireenya keessan yaa ebisuuuuu
@orangedibissa1439
@orangedibissa1439 4 жыл бұрын
ameen ameeen ebbifamaa waaqayyo isiin ebbisuu ani ilee bayy'een jaladha far abatee nama biyya koo wooowu🙏😍😍😍👍👏👏💞💞💞
@SiseyaSiseya-yw1fg
@SiseyaSiseya-yw1fg 8 ай бұрын
❤ameeeeen🤲🤲🌾🌾
@maskaremasfawu2933
@maskaremasfawu2933 4 жыл бұрын
waaqayoo isiin haa ebbisuu ebbifamaa 🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻
@tamarawabiimobile2758
@tamarawabiimobile2758 2 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeeen
@destaararsa5754
@destaararsa5754 4 жыл бұрын
Ani bayee jaladha farfana Abata Gamachuu wagaayooni barkeesani Aebisuu 👏👏👏👏👏👍👍👍👍👍👍👍💞💞💞💞
@bontuuyubtube1838
@bontuuyubtube1838 4 жыл бұрын
Goftaa durii kaana caala jiradhaa🌻🌻🌺🌺🌺📖📖📖🙋‍♀️🙋‍♀️🌺🌻🌺
@obsiyemom2907
@obsiyemom2907 4 жыл бұрын
Dhugaa Waaqayyo siin haa ebbisu nama Waaqayyo
@getuturunabiru8175
@getuturunabiru8175 4 жыл бұрын
Umurii dheeraa jiraadhuu Farfata Abaatee Gammachu
@bon2104
@bon2104 4 жыл бұрын
Waaqayyo bara keessan hafe haa eebbisu!
@melkamuwaktola5472
@melkamuwaktola5472 4 жыл бұрын
Hojii Guddaa hojjettan Waaqayyo guddaa isin haa eebbisu
@obseshawwa8728
@obseshawwa8728 4 жыл бұрын
Ebbifamaa dachaa sagalee irraati qulqulumaa qabuu hin cicitaa
@muludebela5305
@muludebela5305 4 жыл бұрын
Wowww waqayoo nama akis nuf haa kaasuu
@dinaoldinegde7201
@dinaoldinegde7201 4 жыл бұрын
Gochaa amma gootaniin warra TV MOA gooftaan baay'ee isin haa eebbisu jechaa ani waldaa faarfataa fi lallabaa wangeelaa Abaatee Gammachuuttan cuuphamee tajaajilaas ture. Abaatee jechuun nama seenaan waldaa kirstaanaa hin dagannee fi siidaa jireenya wangeelaa dhalootaaf kan kaa'anii darbanii fi ammas kaa'aa jiranidha. Nama garaa fi maqaaf hin fiigne , wangeelaaf garuu lubbuu isaa fi maqaa isaa dabarsee kennudha. Abeee keenya baay'eee isin jaallanna. Dhumarratti yaadnin ani nama kana arguu danda'u hundumaaf kaasuu barbaadu, nama kana yoo xiqqaatee xiqqaate xiinsammuu fi kadhannaan bira haa dhaabannu. Hojii wangeelaa isaaniif immoo karaa qarshii osoo of kenninee natti tola. Baay'ee ulfaadhaa, ayyaanni isiniif haa baay'atu.
@tomyshifarew5550
@tomyshifarew5550 4 жыл бұрын
Waqayoo isaan yaa ebbisu bayyen isaan jalanaa
@kumamoti7422
@kumamoti7422 2 жыл бұрын
Warri Mo'aa galata guddaa qabdu!
@susufifitube2907
@susufifitube2907 4 жыл бұрын
Mo'aa tv waqayyo isinaa eebbisuu kana hojiin hafuraa .
@dinkechemera4641
@dinkechemera4641 4 жыл бұрын
waaqayyoo sin haa ebbiissuu qophesitota qophi kana,naman irraa sorama guuddaadhe nama ebbiiffama kana arguu koti bayyee gamaderaa.
@burtukandajane8906
@burtukandajane8906 4 жыл бұрын
Ameeen Ebbifamaa dachaa dachaaa
@meettiqajeelaahafuuraaqulq6602
@meettiqajeelaahafuuraaqulq6602 4 жыл бұрын
Waaqayyoo baraf jiireenyaa keessaan haa ebiisuu
@debiketi9674
@debiketi9674 4 жыл бұрын
Baayeen ittiin eebbifame waaqayyoo ammayyu bara jireenya keessani ulfinaaf kabajaan isiniif harawwatu ijoolummaako hadhako waliin kanadhageefanna turre
@danibultum4444
@danibultum4444 4 жыл бұрын
Wow Gammachis ummataa, !!,, bayyee jaaladha faarfataa kana
@dinqedassaallenyiduresa7170
@dinqedassaallenyiduresa7170 4 жыл бұрын
uuuuufffeeeee Ameen eebbifamaa maqàa yesuusin . iyeesuskoo caala caalakoo
@alicebeetelemcalqabaa7889
@alicebeetelemcalqabaa7889 4 жыл бұрын
uuuuuufffffeeee ebbifama goftan isin haa ebbisuu ebbifama
@addisubariso8743
@addisubariso8743 3 жыл бұрын
KAN HAFANIS ,KAN AKKA FAR.YOHAANNIS LAMMII,FAR.NABIYYUU RAAGAA,LAMMAA TASAMMAA,TAARIKUU IMAANAA NUUF AFFEERAA ADARAA
@jiituubiranu5561
@jiituubiranu5561 4 жыл бұрын
Ebbifama bagaa gessan
@hawiimucaakakuu6274
@hawiimucaakakuu6274 4 жыл бұрын
Ameeen Ameeen eebbiffamaa maqaa yesus
@tsedalechbusha9097
@tsedalechbusha9097 4 жыл бұрын
Waqayyoo isiinaa ebbisuuuu dhugaa qophii Baredda ufeeeeeeee
@obseeb6018
@obseeb6018 4 жыл бұрын
Waaqayyoo isaan haa eebbisu.
@fathimaethiopia1377
@fathimaethiopia1377 4 жыл бұрын
Fkn gaaridha dhalota bara kanafi dhugaa dha
@fathimaethiopia1377
@fathimaethiopia1377 4 жыл бұрын
Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen Ebbiffamaa ebbiffama darbaa demaa sabaa waqqayyoo
@eteneshba1079
@eteneshba1079 4 жыл бұрын
Ameeeeen Ameeeen
@jaldushawa1207
@jaldushawa1207 4 жыл бұрын
Ebbifaam
@naolbekele142
@naolbekele142 4 жыл бұрын
Nama kana arguu kootti hedduun gammade, Waaqayyo isin haa eebbisu
@sagalewedutubetv478
@sagalewedutubetv478 4 жыл бұрын
uffffffffffffffffffeeeeeeeeeeeeee Abeekoo Abbaaakoo umurii dheeraa jiraadhu sinjaaladha eebbifami!!!
@simbohailebule1058
@simbohailebule1058 4 жыл бұрын
Waaqayyoo dachaa isiin haa ebbisu qophii bayyee namati toluu galatooma!
@elshaadayyesuusko7058
@elshaadayyesuusko7058 4 жыл бұрын
Waaqayyo gooftaan isinhaa eebbisuu
@obsee6847
@obsee6847 2 жыл бұрын
Uuuuufffff waaqayyoo Koo isiin haa ebbiisu abbaaf ilmaa fakkatu
@shaksal1738
@shaksal1738 4 жыл бұрын
wow Ebbifamaa
@hawwibadhaasa5959
@hawwibadhaasa5959 4 жыл бұрын
Uufffffeeeeeee waaqayyoo isaan haa Eebisu
@wondemamoe5189
@wondemamoe5189 4 жыл бұрын
Harkakoo garakeettan kaasa... Imimmaan sittan ol facaasaa....Eebbifamanama waaqayyoo baayyee baayyee garaa namaa dammaksa.
@user-ut4ze2mm5s
@user-ut4ze2mm5s 4 жыл бұрын
ebbifamaa 🌻🌻🌻🌻🌻💓💓💓💓💓
@user-wj7vc3kn8w
@user-wj7vc3kn8w 4 жыл бұрын
Waqayyyoo dacha godhe sinii ha ebisuu ebifama Baga gessani isiini jechu jaladha hundumtii kessaniii
@chaltutube9701
@chaltutube9701 4 жыл бұрын
Ufeee ebifama umuri dheraa nu jiradha aba kenyaa🌼🌼🌼🌼🌼🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌻🌻🌻🌻🌻🌻🌻💔💔💔
@kettihabte6379
@kettihabte6379 4 жыл бұрын
Ebbifamma waaqaayoo isiin ha ebsu
@itisagadisa9712
@itisagadisa9712 4 жыл бұрын
Namnii dhugumaa hafuraa waaqayyoon gageefamaa jedhuu yoo jiraatee far/ la wangelaa Abate Gamachu cinaa hadhabbanuu
@maskaremasfawu2933
@maskaremasfawu2933 4 жыл бұрын
uuuuffffiii farfannaa duratii isaa ergaa guddaa qabuu akkaan jalaadhuu isaa yeroo amaa mitii
@bettyhawas1630
@bettyhawas1630 3 жыл бұрын
Uuuuuf.bayye.namatti.tola.hundi.kessanuu.ebbifama.gooftan.isin.haa.ebbisuu
@hawwiitube207
@hawwiitube207 4 жыл бұрын
Uuuuufffeee gudddaa Ebifama bayyeee namati tolla dhugaa jabadhaa ammalee
@buzeeoliskaa6555
@buzeeoliskaa6555 4 жыл бұрын
Uuuufff nufi jiraadha ebbifama Ammeenn Ammeenn umuri nufi dheradha
@bekeenbekeen4278
@bekeenbekeen4278 2 жыл бұрын
Warri TV mo'aa galata guddaa qabdu. Farfataan Abaataa G.bu'uura farfannaawwan har'aati. Farfannaan yeroon gooftaa fudhadhu dhaggeeffachaa turee fi keessoo koo nyaatudha. Har'as farfannaa isaa yeroon dhagahu lubbuun koo heddu of yaaddi laphee gaabbis argadha. UUUUUU....Maaloo nama waaqaa kana nuuf deebisaa.
@jesusislove2528
@jesusislove2528 4 жыл бұрын
Eebbiifama maati waqaayyoo
@fathimaethiopia1377
@fathimaethiopia1377 4 жыл бұрын
🙌🙌🙌🙌🙌🙌🙌
@tamarawabiimobile2758
@tamarawabiimobile2758 2 жыл бұрын
Uuuu fakkeenya guddaa dhalootaaf nama hubatuuf Abbakeenya Abaata Gammachu Eeebbifamaa ebbifamaaa.......!!!!!!!!!!!!
@senaitchala1911
@senaitchala1911 4 жыл бұрын
Ebbifamaa waaqayyoo baraa keessaan haa Ebbisuu Ebbifamaa bayyee namaati tollaa
@zewdechali3169
@zewdechali3169 Жыл бұрын
farfanaa dhisuketin gadera malloo farfadhu
@chaltumalimo4455
@chaltumalimo4455 4 жыл бұрын
Baayyee eebbifamaa qopheessitootni qophii kanaa.gaaf tokko nama kana barbaadaa jedhee comment barreessuukoo nan yaadadha.Gamme eebbifami
@oliimanaqabnna6142
@oliimanaqabnna6142 4 жыл бұрын
Uuuuuufeyiii nama biyyaakoo akkasumallee arguudhaf bayyee dheebodhu ar.a arguu kootti guddaan gammadee.Haalli yoo nama dhokseyyuu guyyaan Waaqayyo nama muldhisa.
@obsiyemom2907
@obsiyemom2907 4 жыл бұрын
Maali Tadee lafa kesuu dabbo
@obseguta7728
@obseguta7728 Жыл бұрын
❤❤❤❤
@user-em6ip1ik4i
@user-em6ip1ik4i 4 жыл бұрын
Qulqullina sagalee hin qabu; ciccitaadha osoo irra deebitanii feetanii gaariidha. Eebbifamaa
@jiituubiranu5561
@jiituubiranu5561 4 жыл бұрын
uuuuuffffff me dachaan Ebbifama
@mazourgeza6292
@mazourgeza6292 4 жыл бұрын
Gooftaa maccaa dachaa dachaa isiina eebbisuu Eebbifamaa
@muludebela5305
@muludebela5305 4 жыл бұрын
Laakofsaa bibili isaaanii nuf ergaa
@zatonaaa4882
@zatonaaa4882 4 жыл бұрын
Far abattee gamachuu bayyeen jaladhaa waliddaa ani iti amannee cupammee kesa wagaa kudhaa lama ol otonnii hin turree imimmaan koo qabachuun dadhaabe bari kesanii ha ebifammuu
@demmaenjigu1007
@demmaenjigu1007 4 жыл бұрын
Uuuuffffeeeeee farfannaa Ani jaaladhu filattee Abaataa Koo eebbifami guddaa uumrii nuuf dheeradhu
@kerayub2681
@kerayub2681 4 жыл бұрын
Happy New Year.
@user-tv4dd7zm5o
@user-tv4dd7zm5o 4 жыл бұрын
Umurii nuuf dheradha hamtuun isiin hin arginii nama muldhata AMEEEEN AMEEEEN AMEEEEN uuuuuffffeeeeee 💓💓💓💓💓💓🙏🙏🙏🌾🌾🌾🌻🌻🌻🌻🥀🥀
@yerusalemii1389
@yerusalemii1389 4 жыл бұрын
Walumani baga ittin nu gahe matii waqaayyoo jabadha nama itti tolitu waqaayyoo goftaa koo ain haa ebisuu
"Tv’n Mo’aa kan keenya"- Artistoota Oromoo
1:52:05
MO'AA TV
Рет қаралды 62 М.
НРАВИТСЯ ЭТОТ ФОРМАТ??
00:37
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 3,2 МЛН
KINDNESS ALWAYS COME BACK
00:59
dednahype
Рет қаралды 168 МЛН
Looks realistic #tiktok
00:22
Анастасия Тарасова
Рет қаралды 105 МЛН
Faarfataa ABAATEE GAMMACHUU - CAALAA CAALAA KOO
7:55
Bonsa Addisu Gute - Good News - Oduu Gaarii
Рет қаралды 6 М.
አቤት ምህረት የበዛለት
18:38
lezmer_tube - Topic
Рет қаралды 4,1 М.
Far.Abaataa Gammachu kutaa 1ffaa
31:57
Galo show
Рет қаралды 1,6 М.
ወደ ፋኖ የተቀላቀሉ አድማ በታኞች
5:53
Abirshi welo አብርሽ ወሎ 2
Рет қаралды 60
"Waggaa 18 Guutuun Akkasitti rakkadha kunoo!
28:08
MO'AA TV
Рет қаралды 1,1 М.
GAADDISA KOO! - ABAATAA GAMMACHUU
6:23
ILILLEE MEDIA
Рет қаралды 5 М.
НРАВИТСЯ ЭТОТ ФОРМАТ??
00:37
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 3,2 МЛН