Yeroo hedduu dhageeffadha, garuu yeroo hundaa akka haaratti natti tola. Atis akkuma maqaa keetiitti bareedduudha. Si jaalanna qomoo teenya!!Wolaloo fi yeeddalloonis baayyee baayyee bareeda. Kan biraas gad lakkisuu qabda.
@YosephTesfaye-pv3bg7 күн бұрын
in didn't describe hacalus dadentii(potential) in my words always unforgatable oromo historical person i love you so much my brother senior boss
@Ibrahim-r3d7 күн бұрын
❤❤❤❤❤
@Mimimimi-ql1pd8 күн бұрын
Hache 🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺🥺
@ShamsiiA-h8h9 күн бұрын
❤❤❤❤
@ahmedtahir963112 күн бұрын
Qaxale too bolla kee dadhiin ha guutu.olma'a ati oromoof olte yoomiyyu hin dagatamu.dhiiga kee rabbiin habasu.ilmaan kee rabbii fi sabni kee hin dagannu.kan akka ati wareegamtuf shiira siti yaade,isa gocha sirratti rawwate ergama diina galman gahe "rabbiin ni arga,nibeeka isa jala wanti dhokatu hin jiru wanta'ef yeroo gabaabatti isaan ni saxila shakkii tokkoo qabu."nagahaan boqadhu.