3rd Haacaaluu Hundeessaa Award

  Рет қаралды 47,885

Hachalu Hundessa

Hachalu Hundessa

14 күн бұрын

Sirna Badhaasa Hacaaluu Hundeessaa marsaa 3ffaa fi Yaadannoo Wareegamuu Hacaaluu Hundeessaa waggaa 4ffaa

Пікірлер: 163
@obseobse563
@obseobse563 12 күн бұрын
Hacee koo yaa gootaa lubbuun darbee kan lubbuun adduunyaa kanarraa jiruu caaluu🐅🐯waaqayyoo lubbuu kee haa boqachiisuu dhugaa kees nuuf haa baasuu😭😭😭🙏🙏
@temesgentamiru5254
@temesgentamiru5254 11 күн бұрын
Haccee koo rabbii dhiigaa fi dhugaa kee nuf haa basuu. We require justice for Haccalu Hundesa!!
@kefyalewfikiru8479
@kefyalewfikiru8479 11 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤ ammaa waan gaaridha hojjechaa jirtu hachalun gara bal'eessaafi artiin afaan kamiin wArra sirbaniifuu kabaja qaba Ture kanaaf sirbitotaa habashaas waan gaarii hojjetanis badhaasaa kana yoo gootan eenyuummaa oromoo fi hacaalu daran kabajamaa tasistu. Garuu wArra afaan oromoo qofaan yoo ta'e mizana hin kaasu gara bal'adhaa garaa bal'eessatu re'ee hora❤❤❤
@caaltuutube7217
@caaltuutube7217 12 күн бұрын
Shaashii gurracha kana anaan haadha wabii jabaadhu waaqayyo dhugaa haacees nuuf haa baasu 😢😢😢
@genutuffa9137
@genutuffa9137 10 күн бұрын
Hacee koo , waqeeyyon dhugga kee nuff yaabassuu.😢😢😢. Hadde webbii Geletommi.attii nemme chiimmtuu dhaa. God bless you with all your children 🙏 ❤️ ❤❤you are the strongest wife I ever see keep it up my dear sister .
@razuabdo6821
@razuabdo6821 12 күн бұрын
Brilliant work , great video quality well done 👏🏽🎉
@abyatarseyoum2769
@abyatarseyoum2769 12 күн бұрын
Maal goona garuu arka duwwaa hafnee obboleessa keeyna dhabnee too😢😢😢😢
@tolinaOfficial
@tolinaOfficial 10 күн бұрын
Galatooma! Ammas Wareegama Artist Hacaalu Hundessaa Haqaa Isaa Barbannaa Gatiin Dhiigaa isaa Rabbii Wajjiin Haa Barbadamuu! Hadhaa Wabii(kiyyuu) Jabaadhu ,Rabbii Ijollee kee Wajjiin Umrii Dheeraa Siif Haa Kennuu ! Gumaan Hacee Karattii Hin Hafu!
@Oromo141
@Oromo141 12 күн бұрын
Wayo king 👑 hacalu hudesa
@ebisamegersa8645
@ebisamegersa8645 10 күн бұрын
NAMNI HACEE KEENYAA NYAATEE HIDHAA DHAALOOTAA ISAANI ABARSAA TAHAA KUNNI DHUGAA JIRUU
@kenenibersisa1579
@kenenibersisa1579 11 күн бұрын
Good job,Hachalu Hundessa Awward was well organized program. Thank you, Kiyya and Ayda .keep it up your hard work .sagantaa bareedaa, Galatoomaa jabbaadha yeroo hunda isiin cinna jira.
@takelederesa
@takelederesa 12 күн бұрын
Hachalu yeroo hundaa sijalanaa ❤❤❤ knjetaan
@dinaolmuktishofficialtube6186
@dinaolmuktishofficialtube6186 11 күн бұрын
"Oromoo oromoo ajjeesu arguu irra du'ee hobbaafachuu naaf wayya" Hacaaluu Hundeessaa❤❤❤
@menbereleulmekonnen8587
@menbereleulmekonnen8587 8 күн бұрын
❤❤❤❤❤
@menbereleulmekonnen8587
@menbereleulmekonnen8587 8 күн бұрын
❤❤❤❤❤
@abdisatafa2468
@abdisatafa2468 11 күн бұрын
Hacee live in our heart
@bisra7025
@bisra7025 12 күн бұрын
Hacee koo rabbii dhigaa fi dhugaa kee nuf haa basuu, Hadhaa Wobii Rabbii Umarii kee nuf haa dherresuu ijii hamtun si hin Argin Rabbii Obsa dangaa hin qabane Sif haa kenuu Abashir❤❤❤❤
@solomonJiru
@solomonJiru 11 күн бұрын
ብዝዬ አጬ ባተሰማኋት ጀግናናት ጀግና መደር እውነት ቡዝዬ ስሟን እኳንሰማሁት
@bayedugasa8187
@bayedugasa8187 12 күн бұрын
Yoomuu sin dagannu si jaalanna Hacee🥰🥰🥰🥰
@hawwiiintalaatawayidootube9335
@hawwiiintalaatawayidootube9335 12 күн бұрын
haccee koo lubbuu yaa matuu hadhaa wabbii Jabdhuu koo jabadhuu😍😍
@BontuHirpha
@BontuHirpha 11 күн бұрын
Woooow Eebbiifamia qaliiwwaankoo
@EmuuDaajene
@EmuuDaajene 8 күн бұрын
Hacee koo❤❤😢😢😢😢😢😢
@AlemuTamuni
@AlemuTamuni 10 күн бұрын
seenaan kee bara baraan miti guyyaa guyyumaan yaadatamaa
@winterangel7571
@winterangel7571 12 күн бұрын
Legend never die 🥰🥰 hacce you will live forever in our hearts 💔💔
@nuraarsiiboqojjii3693
@nuraarsiiboqojjii3693 12 күн бұрын
Wow Taaddeef Aduu Umrii nuuf dheeradhaa Maatii jaalalaa akkattii isiin jaladhuu maatii kabajaamoo ❤❤❤❤❤
@jems9344
@jems9344 9 күн бұрын
😂😂😂😂✋✋🙏🙏🙏 wow qophii akkana argeetu hin beeku bayee natti tole
@mahmoudrawashdeh9151
@mahmoudrawashdeh9151 12 күн бұрын
haccekoo yomiyuu si dagaanu😢😢
@devadebala4375
@devadebala4375 11 күн бұрын
woooow......Haceeee koo dhugaan kee gaaf tokko waaqayyo, ni baasa! nagaan nuuf boqquudhu...........baar tokko dhaalonni haar'a dhugaa kee ni baasna!
@genetanbese4974
@genetanbese4974 10 күн бұрын
Hacuukoo Lubbuunkee jeennatan haa qananiitu Qulqulluu namaa
@user-bi9xz4nm7l
@user-bi9xz4nm7l 9 күн бұрын
This is great. Keep it up. God bless,
@mesfen4272
@mesfen4272 11 күн бұрын
Gootaa onneen sibilaa Hacaluu koo
@oliyadolana7349
@oliyadolana7349 11 күн бұрын
hacee every time and every time your our heart.
@chaltugirma-ol2lh
@chaltugirma-ol2lh 9 күн бұрын
Haccee koo rabbii dhiigaa fi dhugaa kee nuf haa basuu
@waltejitola3337
@waltejitola3337 11 күн бұрын
Haceekoo lubbuukee nuf haa jannatuu
@KenaBiko
@KenaBiko 9 күн бұрын
Bayyee Namatti Tola
@anwaraman9927
@anwaraman9927 12 күн бұрын
Imiimaan qabachuu dadhabee gamachuraa haceen kenya waregamalee kan lubuun jiruu heduu calaa yomilee siin hiranfanuu hadha wobii cimtuu nama heduu sii galatefanaa attis gotaa lubuun jirtuu dha🎉
@enatyefalke9555
@enatyefalke9555 11 күн бұрын
Hadaa wabii jabadhuu jabduu too gumaa hacee waqayyoon nufii haa barbaduu 💔😥
@abdiikoyesus2974
@abdiikoyesus2974 12 күн бұрын
Haccee sin yaadan yommiyuu nu keessa jirta in jirtass😢😢😢
@emmanuellaabate4304
@emmanuellaabate4304 12 күн бұрын
haceekoo yoomuu laphee keenya keessa jirta
@ebisaararsa9289
@ebisaararsa9289 11 күн бұрын
Hacee jabaa namaa
@ayishaahajiileencoo9954
@ayishaahajiileencoo9954 11 күн бұрын
Garuu Wonnii Gaafii Taatii Tee Meetii Maatii Haccee 😢😢
@user-yt2bb9tx7u
@user-yt2bb9tx7u 8 күн бұрын
Waltajjii warri adeemsisan maalif uffata...
@user-Sol-Godelyas
@user-Sol-Godelyas 12 күн бұрын
❤❤❤ you are our hero keep going
@chachakiya4958
@chachakiya4958 11 күн бұрын
One day I am winner
@Sabbontu609
@Sabbontu609 11 күн бұрын
#Haceee 💔💔💔💔💔💔💔💔🥹🥹🥹🥹🥹🥹😭😭😭😭🤦🤦🤦🤦🤦
@tseganiguse7806
@tseganiguse7806 11 күн бұрын
Hacaa koo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@khalidabdulqadir5294
@khalidabdulqadir5294 11 күн бұрын
Haacuu koo maal akka jedhulee hin beeku yeroo viidiyoo waan dhimma kee dubbatuu fi barreefama waan kee ibsu yoon dubbisuu fi dhagahu Hundaa imimaan ija kootii dhangala'a 😭 onneen koo na gubati ani waan biraa hin jedhu worra ajjeechaa kee keessaa harka qaban hunda rabbiin tokkoo tokkoo isaaniitif balaa isaaniin malu haa kennuuf maatii isaaf haadha manaa isaa rabbiin jajjabinaaf hidaayaa haa kennuuf
@riyaadraayyaa8078
@riyaadraayyaa8078 11 күн бұрын
"Du’us lafa hin siilessu” maqaan gootaa boollaa oli!😢
@kumamosisa8498
@kumamosisa8498 12 күн бұрын
Yoomuu ni yaadatamta Hacee!
@eliasgudisa-21
@eliasgudisa-21 11 күн бұрын
hacaaluu koo uuuuuuuuuuuffffffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@user-pf8sr1pf4x
@user-pf8sr1pf4x 9 күн бұрын
Dhugaan Hacee nuuf baasi yaa Rabbi❤❤❤
@solomonJiru
@solomonJiru 11 күн бұрын
ብዝዬ የኔ ጀግና ጀና ያቃል
@hajidenebo9950
@hajidenebo9950 7 күн бұрын
seenaa rirmi hin nyaatu(Haacaaluu Hundeessaa)
@FatimaFatima-cd7uk
@FatimaFatima-cd7uk 12 күн бұрын
Haccee kooooo
@AyantuTilahun-lo6jc
@AyantuTilahun-lo6jc 12 күн бұрын
Goota koo seenan bara baran siyaadata haceekoo
@SameeraS-wu4hj
@SameeraS-wu4hj 12 күн бұрын
Hadha wabi jajabidu koo abishir rabin jabenyasa sifi kenu
@bashat5742
@bashat5742 12 күн бұрын
Jabadhuu jajabee hadhaa wabii❤
@pawuloseshetu-ho4pk
@pawuloseshetu-ho4pk 9 күн бұрын
Legend day
@tesfayedaba3194
@tesfayedaba3194 8 күн бұрын
haace 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
@Kemerhussenalihudesa
@Kemerhussenalihudesa 12 күн бұрын
Iskeder tamiru bdhafamu qaba
@obseeoromoo5480
@obseeoromoo5480 12 күн бұрын
Haccee koooo 😢😢😢
@ayishaahajiileencoo9954
@ayishaahajiileencoo9954 11 күн бұрын
Amino Keenyaa Qaalii❤🎉
@gduduhig7988
@gduduhig7988 12 күн бұрын
Haccee koo 😭😭😭🥰🥰🥰🥰
@cherinethailu2330
@cherinethailu2330 12 күн бұрын
Hacce Gota keenya yomiyu sii hindaganu
@dawwiifayisaa6000
@dawwiifayisaa6000 12 күн бұрын
Hace 😭😭😭
@foziyaamuktaar7434
@foziyaamuktaar7434 12 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉hacee atii dutus maqaa n kee bollaa all jiraa
@FatumaHasenTufa
@FatumaHasenTufa 12 күн бұрын
Worroon si jeesaan yoomiyuu hin boqataan
@MimiDisy
@MimiDisy 12 күн бұрын
Hacee ko qali 😢😢
@sinbone9619
@sinbone9619 10 күн бұрын
Haccee koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@masilelisa
@masilelisa 12 күн бұрын
Hacee keenya yoomu si in dagannu😢
@AlfanurTube
@AlfanurTube 12 күн бұрын
😭😭
@ZSEBO3348
@ZSEBO3348 12 күн бұрын
Lol i can't that moment Tade and his ex wife 😂😂😂😂
@afirahafirah5131
@afirahafirah5131 11 күн бұрын
Jabadhaa❤❤❤❤
@FafiSeidmohemmed
@FafiSeidmohemmed 9 күн бұрын
Hacee keynaa😢
@uaek3946
@uaek3946 6 күн бұрын
Wowowoowow😊
@quluceiluu5780
@quluceiluu5780 12 күн бұрын
❤❤❤
@Kemerhussenalihudesa
@Kemerhussenalihudesa 12 күн бұрын
Bagaa badhafame gamachuittana
@martagetachew4644
@martagetachew4644 12 күн бұрын
❤❤❤❤❤😢
@ObsaAbdela-op5qp
@ObsaAbdela-op5qp 11 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@obseegorba
@obseegorba 11 күн бұрын
❤❤❤❤❤
@birhaneguteta6309
@birhaneguteta6309 9 күн бұрын
❤❤
@zinashjifara1392
@zinashjifara1392 12 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤
@tesfanegussie4745
@tesfanegussie4745 12 күн бұрын
❤❤❤❤
@FueNaji
@FueNaji 12 күн бұрын
😢😢😢😢😢
@EliasJemal-ub5io
@EliasJemal-ub5io 9 күн бұрын
#justiceforhachalu
@TemuMan-bl3bs
@TemuMan-bl3bs 8 күн бұрын
Haccee😢😢😢😢
@YobsanKifle-du9ef
@YobsanKifle-du9ef 9 күн бұрын
❤❤❤🎉🎉
@user-dy6te3gy2p
@user-dy6te3gy2p 8 күн бұрын
Haccee ko😭😭😭
@khalidabdulqadir5294
@khalidabdulqadir5294 11 күн бұрын
Haacuu koo ❤❤❤❤😢 😭😭😭😭
@bm6056
@bm6056 12 күн бұрын
Haccee ❤❤❤💔💔💔💔
@sabelfayeza9921
@sabelfayeza9921 9 күн бұрын
❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@user-td4qj9nq6z
@user-td4qj9nq6z 8 күн бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@BikilaMosisa
@BikilaMosisa 11 күн бұрын
Hacee yomiyyuu sin dagannuu
@abieeshetu9806
@abieeshetu9806 7 күн бұрын
❤😢
@mesaytegie6990
@mesaytegie6990 11 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢❤❤❤
@Girmatasfaye7820
@Girmatasfaye7820 9 күн бұрын
Milkiy boss
@BuurtukanLachissa-si7od
@BuurtukanLachissa-si7od 7 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@AminaAmina-re6xh
@AminaAmina-re6xh 11 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤💔💔💔💔
@firaolfiraol9728
@firaolfiraol9728 11 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
@tamiratgizaw7649
@tamiratgizaw7649 11 күн бұрын
Hacee koo yaa gootaa lubbuun darbee kan lubbuun adduunyaa kanarraa jiruu caaluu
@user-px7bd8ti7n
@user-px7bd8ti7n 12 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@samsungmobilee5215
@samsungmobilee5215 11 күн бұрын
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
MEGA BOXES ARE BACK!!!
08:53
Brawl Stars
Рет қаралды 36 МЛН
БОЛЬШОЙ ПЕТУШОК #shorts
00:21
Паша Осадчий
Рет қаралды 9 МЛН
Can You Draw A PERFECTLY Dotted Line?
00:55
Stokes Twins
Рет қаралды 106 МЛН
3rd Haacaaluu Hundeessaa Award
42:45
Hachalu Hundessa
Рет қаралды 14 М.
Diraamaa Guddifachaa [ ጉዲፈቻ ]  Kutaa 1ffaa Diraamaa Ajaa'ibaa  duudhaa Oromoo guddifachaa irratti.
42:14
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 128 М.
ጃዋር የመራው ቄሮ የለም!                                                ቤተልሔም  ታፈሰ
1:00:01
SUBI Time | ሱቢ ታይም
Рет қаралды 104 М.
ነው ከላይ|| new kelay|| ጥበቡ ወርቅዬ|| Tibebu workeye|| Live worship|| Ethiopian Protestant mezmur
48:50
Dawit tsige
1:14:43
eyobed neamin
Рет қаралды 919 М.
Bofaaf Hantuutan nyaachaa ture. Dr.Eng. Indaalee Abbabaa
44:15
Qaanqee Show
Рет қаралды 52 М.
1000000❤️ #shorts
0:18
北出 大周 Kitade Taishu
Рет қаралды 22 МЛН
ТГК: ЛОГОВО FRIENDS #россия #чатрулетка
0:21
АлексДан
Рет қаралды 7 МЛН
У Тебя Есть 3 Желания! 😌 @NutshellAnimations
0:46
Глеб Рандалайнен
Рет қаралды 2,8 МЛН
Поймал редкий кадр🤨
0:22
FERMACHI
Рет қаралды 2,8 МЛН