Aadde Adaanechiin Galateeffadha/Inj.Indaalee Abbabaa - Galateeffannaa fi Dhiifama

  Рет қаралды 7,380

MO'AA TV

MO'AA TV

11 ай бұрын

#SUBSCRIBE #MOAATV #COMMENT #LIKE #SHARE
SAGANTAA KEENYA YEROO HUNDA ARGACHUUF FUULAA FACEBOOK KEYNAA LAYIIK GODHAA. 👇👇👇
/ moaatv
CHAANALLII KEYNAA YUUTUBII SAABISKIRAYIB GOCHUUN SAGANTAALLEE KEYNAA YERROO HUNDAA BAKKAA HUNDAATTII HORDOFUU DANDEETAAN. 👇👇👇
/ @moaatv479
Copyright ©2020: Mo'aa TV
Note: unauthorized use, distribution and re-upload of this content is strictly prohibited

Пікірлер: 54
@user-rw2mm8xf2r
@user-rw2mm8xf2r 15 күн бұрын
Adanu wa'ee nama kana birraa dhabaateef eebbifaami Efirem atis eebbifaami
@bekumakabbada9327
@bekumakabbada9327 16 күн бұрын
Waaqayyo guddaadha. Ulfinni galanni bara baraan isaaf hata'u. Ameen.
@LidiyaSaketa
@LidiyaSaketa 12 күн бұрын
Baayyee nama eebbisa jireenyi isaanii
@onlyjesus7594
@onlyjesus7594 16 күн бұрын
Jalqabaa irratii waqayyoo innii diinqii kanaa hundumaa rawwate ha ulfaatuu Tv mo,aa qophii bareededha Galatoma itti fufaa ❤ Engener ammayyuu,dacha Eebbifama 😢❤❤🎉🎉
@dinqituurafisaa2443
@dinqituurafisaa2443 11 ай бұрын
Bagaa waaqayoo isiin gargaree karaaf halaa hundumaa kessati haraan isiin gahee galaani ulfinii guddaan goftaa yesuus kiristoosf haa ta'uu darbaa jiraadhaa umurii dheeraa🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰👏👏👏👏👏👏❣️❣️❣️❣️🌷🌷🌷🌷🌷🌷
@Iskelwakgari
@Iskelwakgari 16 күн бұрын
Baga nama har'a tatee.
@user-gj3iz6km2i
@user-gj3iz6km2i 15 күн бұрын
Efrem ispikarin bilbilaa keetii cabusaatii kaa afaan amaraa ittin hasooftaa kkk keessummaa kana gudaa galatomii dhugaa day seenaa hadha 'a nama dhukubsuu qaba ❤❤❤🙏🙏🙏
@EjiguTerefe
@EjiguTerefe 12 күн бұрын
Waaqayyoo Ulfina isaa mulise
@user-qj4cj5pc1d
@user-qj4cj5pc1d 10 ай бұрын
Waan dinqii dha. Waaqayyoo isin haa eebbisu
@ogeettisolomonaa8301
@ogeettisolomonaa8301 11 ай бұрын
Sagantaa bareedaa jalqabaan jabaadha🎉
@senagedarame8274
@senagedarame8274 10 ай бұрын
wawuu dhugaa waqaayyoo baga isin gargaree ❤❤
@bowny729
@bowny729 10 ай бұрын
Sagantaa gaariidha Jabaadhu
@eliasbuzuna
@eliasbuzuna 3 ай бұрын
Eebbifamaa mo'aa tv
@amenelias4099
@amenelias4099 11 ай бұрын
I wonder how you are strong! You are one of the strongest.
@teshekiya3250
@teshekiya3250 13 күн бұрын
Hojii rabii
@user-mm5uh8zx9o
@user-mm5uh8zx9o 16 күн бұрын
Dhugaa waqayyoottii atii namaa adda ttii rakkinaa Kan hundaa dandechee obsaa qabattee haaraa gahuun kee kessumattuu rakkinnaa dangaa darbaa kanaa kessattii abdii kutachuu dhissuun kee 😢😢😢😢😢 jechaan dhabee Yaa hojii waqayyoo safuu hojii goftaa safuu Yaa Yesuus dinqii atii gottuu haa ulfattuu maqaa kee goftaa nama jabbaa Nan Umurii nuf dheradhuu akka matusallaa baraa qufii fonnitti afuratii ebbifammii maqa yesuusin Isiinis ebbifammaa tivii mo'aa goftaa isiin haa ebbissuuu
@user-rw2mm8xf2r
@user-rw2mm8xf2r 15 күн бұрын
Waaqayyoo yaada isa isa gaarii waan isiniif rawaateef galan Isaaf haa ta'u
@mdoman986
@mdoman986 11 ай бұрын
Uuuuuufffeee WAAQAYYOO inni siin Gargaree Galataa guddaa haa argaattuu...Dhugaa Ba.umsaa guddaa of keessaa qaba...jajabadhaa hojii gaariidha ❤❤❤❤❤❤
@mistukanaa9754
@mistukanaa9754 11 ай бұрын
Senaa dhalotaaf barumsaa ta,uu dha bagaa waqayoo kanan isinii ga,ee dhugaa injineraa indalee.ababaa . 🙏🙏❤❤
@miserms4091
@miserms4091 10 ай бұрын
Eebbifamaa dachaa dachaan
@hadhaako
@hadhaako 11 ай бұрын
Wowow seenaa ajaibadha barnoota dhalootaf keena❤😢
@yesuusgooftaa266
@yesuusgooftaa266 11 ай бұрын
Wowowowowowo baga waaqayyoo gooftaan macaa si gargaare haadhoo koo ebbifami maqaa yesuusitin ammas🙏🙏🙏🤲🤲📖💒❤🥰
@EbiseKumsa-jo5iy
@EbiseKumsa-jo5iy 11 ай бұрын
Inj waaqayyoo namumaa jaalatuu qora garuu bg lubbuun oolte ati namaa jabaadha waa hedduu sirraa baradheera
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa 11 ай бұрын
Wwwwwwooowww uuuuufffffeee Baaga Waaqayyoo isini garggaree Ulfiinii Waaqayyoof haata 'uu Ebbbifama ebbbifama dachaa ❤❤❤❤❤❤❤❤
@mistukanaa9754
@mistukanaa9754 11 ай бұрын
Wowowow bagaa waqayoo isiinii gargaree
@tonyyazbeck4770
@tonyyazbeck4770 10 ай бұрын
Woww 😢❤❤❤❤🎉💪✊😊
@gaaddiseesimaa5200
@gaaddiseesimaa5200 11 ай бұрын
Uuuuuffffeeeeeee baga waaqayyoo isin gargaare dhugaa waan baay'een irraa hubadhe😢😢
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 11 ай бұрын
Wowowowow baga waaqayyoo nama galata sii godhee hadhookoo dinqiidhaa hojiin gooftaa 😢😢❤
@caaltuutube7217
@caaltuutube7217 11 ай бұрын
Uffu dhugaa waan garaa nama nyaatuudha hojiin waaqayyos dinqiidha.
@sabbotuuoromiya6012
@sabbotuuoromiya6012 11 ай бұрын
Wow bagaa waqayyoo isin gargaree🙏
@yesusejirata4025
@yesusejirata4025 11 ай бұрын
Bag waqqayyoo siif garagaree obbolasa keenyaa♥️♥️🙏🙏🙏
@almaztwsfa6903
@almaztwsfa6903 11 ай бұрын
Waqayyo gaaridha safuu inni galata haa argatu,jabadha tv mo'a ,❤❤❤❤
@hadhaako
@hadhaako 11 ай бұрын
Wwowowo Waaqayyoo gooftan bagaa siin milkeesee Waaqayyoo gaariidha ❤️🥰
@beekkani8947
@beekkani8947 11 ай бұрын
dhugaadha seena ajaa.ibaati kun inni irraa sii hanbiise hambaa godhe waaqayyoon guddaan galatefadha dhugaa baga gooftaan gooftoota isiin gargaare❤❤❤❤❤😂
@jalanejalane-tr7tk
@jalanejalane-tr7tk 11 ай бұрын
Uuuuuuuuuffff kun seenaa bayyee nama aja'iiba dhugaa
@hancalegalati2163
@hancalegalati2163 11 ай бұрын
Wowwow Baga waqayoo isiin gargaree ❤❤❤❤❤
@user-fe1sx1nl5w
@user-fe1sx1nl5w 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@GechoBaba
@GechoBaba 11 ай бұрын
great !!!!
@caaltuutube7217
@caaltuutube7217 11 ай бұрын
❤❤❤❤
@hawiitube3751
@hawiitube3751 11 ай бұрын
Waqayoo hojii keef safuu
@mahmoudalotti7575
@mahmoudalotti7575 17 күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏👍👍👍👍💋💋
@Deebiikoolove123
@Deebiikoolove123 11 ай бұрын
Ayyii waggaa 2 durraa gaafan video keessan ilaallee bo’aan oolee bulee uffee waaqayyoo koo baga nagaatti isiin egee guyyaa kaan isiniif laate ❤❤❤❤❤❤
@EndaleAbebe-tp1si
@EndaleAbebe-tp1si 11 ай бұрын
አመሰግናለዉ ደዉሉልኝ አብረን እናመስግን
@Deebiikoolove123
@Deebiikoolove123 11 ай бұрын
@@EndaleAbebe-tp1si Gammon waaqayyoo jiksee gara keessan dhufe namni argee amantii isaatti cimaa Wayyoo harkii Waaqayyoo koo amma iyyuu dheerraa dhaa uffee Namnii gaddee akka gammaduu isaa goodheef galannii haa ta’uu ani nama galateeffatuu dhaa,😭😭😭😭😭😂🙏🙏🙏🙏
@HikaYadata-xu7we
@HikaYadata-xu7we 11 ай бұрын
🙏🙏🙏
@Link-iu5yw
@Link-iu5yw 11 ай бұрын
Nama mitii kanii galatefanuu waqa malee,nama nii ebisnaa
@teshekiya3250
@teshekiya3250 13 күн бұрын
😂😂😂😂😂
@telilaeliyas445
@telilaeliyas445 11 ай бұрын
having full of lessons to be learned!
@user-rg4jq1jt6h
@user-rg4jq1jt6h 10 ай бұрын
baga si oolchee
@Deebiikoolove123
@Deebiikoolove123 11 ай бұрын
Anis naan dhufa gaafa tokko
@EndaleAbebe-tp1si
@EndaleAbebe-tp1si 11 ай бұрын
ok
@teshekiya3250
@teshekiya3250 13 күн бұрын
Hojii rabii
@hancalegalati2163
@hancalegalati2163 11 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Of Ajjessuuf Yaaden Ture!! -  Rajii Rasimo
58:33
MO'AA TV
Рет қаралды 138 М.
DAD LEFT HIS OLD SOCKS ON THE COUCH…😱😂
00:24
JULI_PROETO
Рет қаралды 15 МЛН
Mom's Unique Approach to Teaching Kids Hygiene #shorts
00:16
Fabiosa Stories
Рет қаралды 28 МЛН
New model rc bird unboxing and testing
00:10
Ruhul Shorts
Рет қаралды 24 МЛН
Red❤️+Green💚=
00:38
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 79 МЛН
Bofaaf Hantuutan nyaachaa ture. Dr.Eng. Indaalee Abbabaa
44:15
Qaanqee Show
Рет қаралды 78 М.
YOOYYAA- "Yeroo Sana.."
39:55
Etv Afaan Oromoo
Рет қаралды 11 М.
DAD LEFT HIS OLD SOCKS ON THE COUCH…😱😂
00:24
JULI_PROETO
Рет қаралды 15 МЛН