bakakkaa entertainment enterview kadir martu part 1

  Рет қаралды 327,253

Bakakkaa Entertainment

Bakakkaa Entertainment

8 жыл бұрын

www.oromtube.com
~-~~-~~~-~~-~
Please watch: "Dawite Mekonen= "
• Dawite Mekonen= "Yeroo...
~-~~-~~~-~~-~

Пікірлер: 495
@fatumabintmohammed2497
@fatumabintmohammed2497 7 жыл бұрын
mashaallaah kadir kenyaa hedduu nama gammachistaa seena Aja'ibaa rabbiin umri kee nuf haa dheresuu inshaallaah gootaa oromoo ❤❤❤❤
@urjiioromia5833
@urjiioromia5833 3 жыл бұрын
Leenca koo qaallii dhugaa baay'ee nama gammachisata ❤️💚❤️💯 jiraadhuu leenca koo
@abdulkadirabillahii9502
@abdulkadirabillahii9502 8 жыл бұрын
Maashaa Allah Tabarakhallah Rabbin adunyafii akiratiis sii haa gammachiisuu Kadir Martu kheenya hedduu galatoomi shanyii motii hoorii buli yoomiyuu nuuf jiradhuu!!!!💐🎓🎓
@zainabadam4656
@zainabadam4656 7 жыл бұрын
Maashaallaah lencaa nufihii jiradhuu bakumaa jirtutii😂😂😂😂
@kassagemechu4049
@kassagemechu4049 3 жыл бұрын
dhugaa dubbaachuf kedir baay'een jaaladh baayeen dinqisifadhas, garuu seenaa ajaahiba kana qaba jedhee yaadee hin beeku really u have amazing story men...umurii dheeraa si yaa kennu rabbiin
@asmaaasmaa9398
@asmaaasmaa9398 7 жыл бұрын
kkkkkk wwoowowww kadir kenyaa seenaan hedduu Nama biharsaas garaas nama nyataa! nuuf jiradhuuuu 😍😍😍😍😘😘😘😘❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💜💚gotaa koo jajabeee
@ibsaoromia4152
@ibsaoromia4152 11 ай бұрын
Kaadiir Keenya Qeerrensoo keenya🐅❤💚❤🙏
@janatjanat4679
@janatjanat4679 4 жыл бұрын
Namnii seenaa qabnee hin jiruu bagaa rabiin haranii sii gayee kadishaa 😂😂😂😂😂
@amanwako9656
@amanwako9656 8 жыл бұрын
kaduu keenyaa dheebuu atii fi sabni keenyaa dheebootani akkasumasi madaa keessaa keetii rabbii nuuf haa dayyiisu dheebuu nu haa baasuu 👆👆💪💪💔💖👏
@sinbookoo3378
@sinbookoo3378 2 жыл бұрын
Waaayiii caara ilmaa nama kaana 💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@longlife7224
@longlife7224 3 жыл бұрын
Hayyee kadryyee rabbii ummur dhertuu siffi hakenu lubbun koo
@qalenjinakero5529
@qalenjinakero5529 8 жыл бұрын
Ishoo sabboontotaa keenyaa God bless you 💓💓💓💓💓💓
@wayyoolammiikoo2713
@wayyoolammiikoo2713 6 жыл бұрын
mashaallaa mashaallaa mashaallaa rabini umrii sii haa dheeresu sabona oromoo
@shufflehabits1720
@shufflehabits1720 8 жыл бұрын
wow wooooo seenaa kee baay'isee namati tolaa Rabbii umrii si hardhesuu
@oromiyaabiyyaakoobaleerobe3766
@oromiyaabiyyaakoobaleerobe3766 8 жыл бұрын
Artist kadir leenca keenna ammas nuf jiradhaa hundi keessanu jabadha akkanumati itti nuu fufa😍😍😍💔💓💓💓💓💓👍👍👍👍👍👍♡♡♡♡♡♡♡
@dawudhaji1170
@dawudhaji1170 3 жыл бұрын
💕💕💕💕💕💕💕💕💕💕
@latidiriba5333
@latidiriba5333 7 жыл бұрын
Dawite kadir martuu waan nuu dhiyeessiteef galatoomaa ijoollee oromoo
@fahizaabrahim5738
@fahizaabrahim5738 3 жыл бұрын
Wowowwwww jabaadhuu kadiir martuu leenca oromo ❤❤❤❤❤❤❤❤💚💚💚💚💚💚💚💚❤❤❤❤❤🧡🧡
@bulloomedia6581
@bulloomedia6581 5 жыл бұрын
Wowwwww bayyee gallatomaa senaa issaa nuu barsisaa
@samirasamira913
@samirasamira913 6 жыл бұрын
Wowow sanyii kooooo lamii koo naf jiradhuu kaa kadira martu lenccaa fakii nama
@hananhanan6631
@hananhanan6631 7 жыл бұрын
Kabiri Kenya Anii Umrii dhertuu sif hawaa ❤💗
@bjdj2046
@bjdj2046 4 жыл бұрын
Uf kaadiir kenya senaa kee heduu gara nama nyata amishiri sabona oromoo jabadha isini hundu sabontota kenya umrii dheradhaa
@bestrediiiamiirisha592
@bestrediiiamiirisha592 5 жыл бұрын
Kadiir keenya rabbina umurii dhertu si haa kenu
@foziioromoyutub6878
@foziioromoyutub6878 3 жыл бұрын
Wowwwwwwww sanyii tiyyaa jajjabee jabadhaa 💯🌹❤💚❤💪👊🌷👈
@zeynabakamal9359
@zeynabakamal9359 2 жыл бұрын
Wowwwwwwwwww sanyii tiyyaa
@aasharak304
@aasharak304 5 жыл бұрын
yaa kadirii kenyaa seenan kee heduu garaa nama nyataa ammas Rabbii sii haa gargaruu jabadhuu
@bassaamaanyaaalaah6533
@bassaamaanyaaalaah6533 8 жыл бұрын
yaa Kadiir martuu saboonaa keenaa leencaa nuuf jiraadhuu gootaa sabaakeenaa yoomiiyuu Sii jaalannaa rabbii umrii kee haa dheeresu .hamtuun Sii Hin argin toltuun Sii Hin darbin .baay.ee si jaalanna umrii ijooluma keesa osoo jirtuu sabaa keetiif quuqamtee woy woy inshaala galataa kee rabbii Sii haa deebisu oromoon ni biloosoomtii
@getinettafesetucho7999
@getinettafesetucho7999 Жыл бұрын
Thank you Kedir, I did it. I am the witness for this.
@kemalarab1427
@kemalarab1427 3 жыл бұрын
Naf tahee kadiir martu kkkk
@karimaabdale7049
@karimaabdale7049 8 жыл бұрын
kadir l love you sabonna oromo nuuffii jiradhu
@badhaatuukadir6771
@badhaatuukadir6771 4 жыл бұрын
Rabiin bilisummaa ijan sia.a agarsisu Saba koo❤❤👈
@abdifeyissa1415
@abdifeyissa1415 8 жыл бұрын
Maal gurbaa akkas hasooftuu...Dawwitee afaan qabachiiftee...Ayii qeerransoo ABO guddisee kunoo akkana
@travannyataylor6352
@travannyataylor6352 2 жыл бұрын
Wwee
@amanismail9852
@amanismail9852 7 жыл бұрын
Mashaa Allah qaqqaliwwan teenya baay,ee gaaridha nuuf jiraadha
@muhammedbokmuhammedbook409
@muhammedbokmuhammedbook409 7 жыл бұрын
Aman Ismail messi
@jabadhaabareedaajiritaanii3829
@jabadhaabareedaajiritaanii3829 7 жыл бұрын
weewwwwwwwww laamii koo jabadhaa
@jiloogalchuu7479
@jiloogalchuu7479 7 жыл бұрын
Dhuga Dubachuu dhafii Seenani kee Namaa Boonsaa kadir kenyaa Rabii umrii dhertuu sifii haa kenyuu osoo lubbuu jirtuu Bilsummaa sii haa garsisuu
@lillylilly7215
@lillylilly7215 8 жыл бұрын
Qeeron koo jabadhu want dhagee bayee nan gamadhe umuri dheera fayya fanna siif hawa
@user-vt7ir4fg7i
@user-vt7ir4fg7i 8 жыл бұрын
kadir seenaan kee hedduu garaa nama nyataa jabbaadhu lenca koo rabbiin bakka jirtuti si woliin haa jiratu.
@FgFg-cn2tx
@FgFg-cn2tx 7 ай бұрын
Eyyeni answer badhane sudi jira yes kadiri Kenya jiradhu ❤❤❤
@ijookebede719
@ijookebede719 5 жыл бұрын
Akami oltan qopesitota bakaka taye manite naga jirtu
@hasanwallolij8973
@hasanwallolij8973 2 жыл бұрын
Dawitifi kadir jabadhu ❤💚❤🙏
@jibrailhassen6609
@jibrailhassen6609 2 жыл бұрын
WOW KHADIIR KHAA
@kiyukiya5107
@kiyukiya5107 8 жыл бұрын
Dawite Mokonon Heddu Namatti Tola Jabaadhu Maalo Part 2ffaa nuf gadhisi
@fatiyakedir3235
@fatiyakedir3235 8 жыл бұрын
heeduun nama gammachiusaa masha Allah heeduu isiin jalaanaa saboontotaa Oromo bakkumaa jirtaatinti mirigii kenyaa billisummaa nuf haa ta'uu 💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚💚👈👈👈☝☝☝☝
@nagaasaatolasaa9032
@nagaasaatolasaa9032 6 жыл бұрын
Kadir Ka Martuu dhugumatti nama ajaa'ibaa seenaa ajaa'ibaa qabudha. Kabaja guddaatu malaaf. Umurii dheeraa fayyaa guutuu waliin!!!!
@obsumaanoli9513
@obsumaanoli9513 5 жыл бұрын
dhugaa bayyee namaa maraartu kadiir martuu fi dawite mok............bakakkaa enrtertainment nuuf cimsaa
@aminaaahmad1362
@aminaaahmad1362 8 жыл бұрын
bay'ee nama gamachisaa jajabadhaa arisitotaa💔💔💔💔 tenyaaa kutaa lamafale itti nuf fufaa uuuuuuffiii kadir senan kee heddu nama gaddisisaaa😢😢😢😢
@antuantu8585
@antuantu8585 7 жыл бұрын
kadir seenan kee bayye nama aja'iba rabbiin umrii dheera sif haa kennu
@turaadheekko7141
@turaadheekko7141 8 жыл бұрын
I think kadiir is the best story teller ever. baayee nama hawata. pls kutaa 2ffaas nu waraaba.
@private2074
@private2074 6 жыл бұрын
maasha'allaah dhumni isaa nama gammachiisa kadoo baga milkoofte sanyii koo
@wagaritufa262
@wagaritufa262 3 жыл бұрын
Baay'ee nutti toltum ija diinaraa hafaa♥️♥️♥️💚♥️♥️♥️
@lemiactalemu989
@lemiactalemu989 8 жыл бұрын
jabadhu jajjabe
@falmatuorojaalatuwbo928
@falmatuorojaalatuwbo928 3 жыл бұрын
Jabadhaa jajbeewwan koo nuuf jiradhaa sabboontota keenyaa
@muhammedaman7148
@muhammedaman7148 7 жыл бұрын
kadire Kenya nu jabadhu
@HamdiHusena
@HamdiHusena 12 сағат бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤ lenca kenya qalii nf jiradhuu hbbi
@zainabzainab1598
@zainabzainab1598 7 жыл бұрын
wowowwww sanyii lencaa kadiir,kenyaa senani kee ajibaa jabaadhu galaani kee billisumaa hatauu
@nanobsahundumaa5072
@nanobsahundumaa5072 8 жыл бұрын
wow wow Galatooma Saboontota keenyaa
@yaqeenemad1234
@yaqeenemad1234 Жыл бұрын
Amazing story
@madinamadina3345
@madinamadina3345 4 жыл бұрын
Jabaadhu sijaalanaa itifufi
@weneedfreedom5538
@weneedfreedom5538 7 жыл бұрын
Kadir keenya nuuf jiraadhu!
@bdrahabdu7043
@bdrahabdu7043 7 жыл бұрын
rabbiin koo bilisummadhan sihaa gammachisuu akira jannatan sihaa basharsiisu kadiir martuu
@galmabilisuma4539
@galmabilisuma4539 8 жыл бұрын
baayyee gaariidha daawwitee galatoomi seenaa mi'aawaa fii artst jaalatamaa kana waliin nutursiisuu keef.
@kamekamikame2074
@kamekamikame2074 2 жыл бұрын
Mashaa alla nufi jiradhu kada♥️💚♥️
@hawwiiabbaalencaa5522
@hawwiiabbaalencaa5522 8 жыл бұрын
Galatoomi Dawite seenaa aja'ibaati khadir keenya galanni kee bilisummaa hataatu kutaa 2ffaa hawwiidhan eganna galatoomaa
@madinaamadinaa8114
@madinaamadinaa8114 8 жыл бұрын
baay'ee nama gaamachisaa laammii koo kan caalaa jabadhaa weelisistotaa teenyaa
@mikelpaapaa4325
@mikelpaapaa4325 8 жыл бұрын
wlhi dawite bayye bayye galatomi wallisa tokko seena isaa baru jeechun akkana
@ShunaDalu
@ShunaDalu Күн бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤mashala nadir kenyaa umri nufi dheradhu
@oromosabaakoo7152
@oromosabaakoo7152 8 жыл бұрын
wowwwww baay'ee seenaa aja'ibaatii sabboonaa keenyaa kaderi martu nuf jiraadhaa lammii koo garuu kutaa 2ffaan itti fufuu qabaa dawite
@habonhassan9812
@habonhassan9812 4 жыл бұрын
kadir Kenya Bayer galtomi galani kee bilisumadhaaaa
@jawarehusen5173
@jawarehusen5173 7 жыл бұрын
wow wowuuuuu kadiri kenyyaa
@naimaa-do1mf
@naimaa-do1mf 6 жыл бұрын
Jalatamaa lencaa❤❤👍👍
@sifangf9288
@sifangf9288 8 жыл бұрын
Rabbi umrike nuf haa dheresu kabajamaa kenya welisaa kadir martu
@hassanmohamed9819
@hassanmohamed9819 7 жыл бұрын
KAdmaritp
@sasssass4073
@sasssass4073 7 жыл бұрын
Sabboona dhugaa kadir keenya umrii te
@user-kb3yg3yq1d
@user-kb3yg3yq1d 7 жыл бұрын
bayee Garraa Nama Nyata Senaan Kee Namati Tollasi
@dursittukadir4386
@dursittukadir4386 5 жыл бұрын
Lonii wajin finfinne dhufe🤩😂
@KadijaHassen-pj6vv
@KadijaHassen-pj6vv Жыл бұрын
Kadir I kanaa umrii dara❤🎉❤
@kalilalaka2901
@kalilalaka2901 8 жыл бұрын
hayyii jireenya tanaa seenaan kee baayyee naa boochise leencaa keenyaa dhuguumatti atuu ofii beekta king /mootii /dha atii. bayyee si jalaadha leenca hundaa caluu .I love you too much.kabaaja guddaa si qabna jabaadhu
@kaadijawallaggabiyyagota3473
@kaadijawallaggabiyyagota3473 6 жыл бұрын
Jiradhu sabona hamtuni sii hin argin garin sii hin darbin garu seenakee bayee gara nama nyaata homa miti hin darbaa jabadhu ati
@kumaleabebe6396
@kumaleabebe6396 7 жыл бұрын
kkkkkkkkkkkkll dhugaa seenaa nama Ajahibbatii rabbii umurii kee haa dherressuu Kaddir
@abduselam12
@abduselam12 8 жыл бұрын
You are awsome Kedir Martu
@metameta421
@metameta421 2 жыл бұрын
Wawwwo kadara baxma nawo yamwdwa egzeyabhra edma ena xana yesxka🙏💕💕💕💕💕💕💕💕💕
@seena647
@seena647 3 жыл бұрын
Wwww wbo Force bayee namatii tolaa senan kee Kadir martuu simalee
@mergaofficialtube1701
@mergaofficialtube1701 6 жыл бұрын
Hawwiin kee gaf-tokko galma ga'a kadiroo kayyo keenya tokkuma jabadhu....
@gammachishusen6967
@gammachishusen6967 8 жыл бұрын
gali kesan bilisumma hatahu gotowan kenya
@hananhasan8054
@hananhasan8054 8 жыл бұрын
baayee naamaa gaaddissisa😭😭😭😭😭Allah midulilaa jedhii
@nuraaibrahim5479
@nuraaibrahim5479 8 жыл бұрын
Abbo kadir sabbonaa nuuf jiradhuu 😃😃😃😃😃
@wabiiayyoo8380
@wabiiayyoo8380 2 жыл бұрын
woow seenaa ajaaibaati waan namni bifa Asoosamaan yks fiilmiif kalaqe fakkaata.
@ejigayodamise3781
@ejigayodamise3781 7 жыл бұрын
kkkkk jabadhu qomoo koo
@dhagaboora9656
@dhagaboora9656 8 жыл бұрын
part 2 please
@eyobgari2385
@eyobgari2385 4 жыл бұрын
Long love kadiri
@abadiirhuseen6517
@abadiirhuseen6517 2 жыл бұрын
Mashaa allahaa mashaa allahaa kadiir martuu
@madinaabdure8989
@madinaabdure8989 8 жыл бұрын
Dhugaa rabbi seenan kadiir nama gammachistis Nama gaddisitisi jabaadhu isin lachu Nan jaaladha jabadha leencota oromo itti nuuf fufaa.
@sinqineeshnaadeedinagdee5296
@sinqineeshnaadeedinagdee5296 8 жыл бұрын
seenani kee bay'ee garaa namaa nyaata. kan caala jabaadhu.si bonaa yeroo kamuu ummaata oromo bira galataa gudda qabdaa galatomii
@fatumahajiarsirobe8037
@fatumahajiarsirobe8037 7 жыл бұрын
Kadir keenyaa seenaan kee baay.ee nama boochisa. galaani kee billissumaa ha ta.u saboona keenyaa umri nuf dheeradhu
@galmadhugaa5551
@galmadhugaa5551 2 жыл бұрын
ajaaiba waan dhiirti keeysa dabrte laphee sabaa keessa jirtuu yaa saboontoota ijooleedhaa umrii dheeradhaa
@nanobsahundumaa5072
@nanobsahundumaa5072 7 жыл бұрын
wow wow hhhhhh jabaadha
@jzzshsss8479
@jzzshsss8479 8 жыл бұрын
Mashallaa senanii tee bayee baradii
@tofiktofik9888
@tofiktofik9888 8 жыл бұрын
pls pls pls part2
@jaalaneeshariifjaalane9045
@jaalaneeshariifjaalane9045 8 жыл бұрын
Ayyyiiiiii Duraan Senaan Kee Nabochiise Garuu Bodaara Bayyee gammaade Alhmdulila Rabiin Nama Jaalatu qormaata ittii bayyiisa kado Ijaa Oromootim Ati
@brhaneshifaraw8273
@brhaneshifaraw8273 6 жыл бұрын
Thanks
@Jamal-104
@Jamal-104 8 жыл бұрын
jabadhuu
@sabboontuoromooiluuab6839
@sabboontuoromooiluuab6839 8 жыл бұрын
yessssssssssssssssssssss!
@caalaaabraahim3532
@caalaaabraahim3532 2 жыл бұрын
Yaa D.r kadir rabbiin waa hunda irraa si haa ansu
@faizboonsakoo5291
@faizboonsakoo5291 6 жыл бұрын
hhhhhh hiii senaa kadir.. namaa bochisa.. nama. gamachisalee kkkkk yaa Rabbii bilisumm.. sii haa argisissu.
@jawarehuseni6653
@jawarehuseni6653 8 жыл бұрын
wawuuuuu galatomi kadiri
@nuraaibrahim5479
@nuraaibrahim5479 8 жыл бұрын
Baga Rabbii sadarkaa kananii siigayee homa miitii wonnii hunduu nii dabraa yoo obsa qabataanii ❤😍👍
@alaaabbass6703
@alaaabbass6703 7 жыл бұрын
I llllllllp
@ffgfff5740
@ffgfff5740 6 жыл бұрын
Nuraa Ibrahim
kadir martu interview part 2 final
40:25
Bakakkaa Entertainment
Рет қаралды 94 М.
ForX :"SIIDAAN NAAF DHAABAMUU QABA!"  Abdusee... #Keessummaa
53:15
ForX Entertainment Media
Рет қаралды 35 М.
🤔Какой Орган самый длинный ? #shorts
00:42
НРАВИТСЯ ЭТОТ ФОРМАТ??
00:37
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 4,4 МЛН
Stay on your way 🛤️✨
00:34
A4
Рет қаралды 8 МЛН
Qophii ajaa'iba artist kadir martu fii ustaaz abu muaz
1:36:57
Hamza sheikh jabir
Рет қаралды 26 М.
Haasawa Haadha manaa Haacaaluu fi Abbaa isaa akkasumas Artistootaa
31:02
OROMIA11: keessummaa Walhaabarruu Dalecha Arsicha ( Tiktokara)
50:46
Qoppii Addaa intala Kadir Martu
25:07
Izuu media
Рет қаралды 72 М.
Qaanqee Show interview with Dawite Mekonen August 15, 2017 Part 1
47:51
ዮአዳን (ክፍል 16)
38:07
ለዛ
Рет қаралды 103 М.
OMN GAFIFI DEBBII KADIR MARTU JANUARY 4/2019
28:02
JIRAA ORO TUBE
Рет қаралды 36 М.
ትዳር በቃኝ !! ❤ አዲስ ምርጥ የገጠር ኮሜዲ ድራማ።
24:29
Fikat Entertainment - ፍካት ቲቪ
Рет қаралды 1,7 М.
Задержи дыхание дольше всех!
0:42
Аришнев
Рет қаралды 2,6 МЛН
Самый Молодой Актёр Без Оскара 😂
0:13
Глеб Рандалайнен
Рет қаралды 10 МЛН
He Used All The Sauce On 1 Slice Of Pizza🤪😂
0:12
BorisKateFamily
Рет қаралды 25 МЛН
ToRung short film: the robber pretended to be a statue😬
0:30
POV Joy and Anger's house - Inside Out 2
0:40
AmogusMan
Рет қаралды 26 МЛН
Батя в общественных местах 😇
0:46
Время горячей озвучки
Рет қаралды 2,7 МЛН