Dr.Abiyi haasaya addaa marii biyyaalessa irrati akkana jedha.dhiiroo odoo WBO waliin hin mariyatin a

  Рет қаралды 18,888

abdu mobilapp

abdu mobilapp

Ай бұрын

Пікірлер: 87
@nagayotuulaa1816
@nagayotuulaa1816 Ай бұрын
❤Abbichuun afaanin damma biyyaa ijaarra jedha. hojiin isaa biyya diiguu mormitoota hidhuu,ajjeesuu beelessuu walii gala haasofni isaa haasaya tooftaa munaafiqaatii.arrab lame gaararra.abbichuun uf sobaa jira malee nama tokko sobaa hin jiru. itiyoophiyaan inni faarsu harka isaatitti diigamuuf jirti.
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 Ай бұрын
Abiy sheexana 6 66🐕🐕🐕
@ibadurahman5546
@ibadurahman5546 Ай бұрын
Abichuun hattoota diigaa malee biyyaa hin diiguu ammas hattuu biyyee haa nyaachisuu
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb Ай бұрын
As Wr Wb.Abduu Ani dhalattuu godina Jimmaati Wollaahii.biyya namaatti humnakoo fixadhee kana hojetadhe na jalaa jikse.seera dhabeessaa jechuun kee hin oolu.lakkii Wollaahii lafa gibraaf kaartaa qabuudha.kun amma biyya ijaaruu jedhamaa?anaaf gaaffiidha😢😢😢😢😢
@HamidMamee
@HamidMamee Ай бұрын
Biyya Abiyyiin ijaaru hallayyaa haa seentuu kijibaan Kuni Eenyu sobuu barbaada inni
@KedirMahammed-bg4xv
@KedirMahammed-bg4xv Ай бұрын
Wallaahi ummanni xoophiyaa kuni gowwummaan isaanii honga hin qabdu sanuu taa'anii harka tumaniisa Ishiishe
@Iftuu593
@Iftuu593 Ай бұрын
😂😂😂😂
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l Ай бұрын
Diron kuffiittee abyi nikuffaa inshaallaa
@Johara-oz8hh
@Johara-oz8hh Ай бұрын
Angoon abyyi rabbi qaaxaroo jalatti haa gabaasu inshaa Allah hayyama rabbiitiin mootumma hawaasa keenyaa dhiiga dhugaa jiru karaa hundaan rabbi nurraa haa fuudhu aangoo irraa😢
@user-qi3hx8cr5k
@user-qi3hx8cr5k Ай бұрын
Raabbii wbo haa gargaruu ❤💚❤🌷🐆💪🙏🏻 raabbii Abyii dhabamaa haa godhu rip Ethiopia 😢😢😢
@Ahmaadsaliihsaliih
@Ahmaadsaliihsaliih Ай бұрын
Baraa 2018 Ajesun moyamadhu jedhee kijibaa turee Amalee Agoo ufii dherefatufii Yaa Rabbii nurakasii nama biyaa tayuu Baka nubusii siti jabatu Umataa kena biraa nudhabadhuu
@HamidMamee
@HamidMamee Ай бұрын
Asee mililik kan inni baanu san kanuma inni Ekeraa isaa fidee nurratti qoosaa ture sani Eenyunmaanu kana booda abiyyiif hin sobamuu biyyaaf yaada taanaan karaa nagayaatiin Aangoo gad lakkisuu ykn araara barbaachisaa ta'e kan hunda hammate taasisuudha afaaniin dubbachuun nagaya hin buusu
@user-xn2hy1nh1f
@user-xn2hy1nh1f Ай бұрын
Marii kanarratii waan.waboofii Fannoon Hinjirraa Martin Bu.aahinqabu waan loladhubu Hindandeenyeef
@AbdusalaamNaasir
@AbdusalaamNaasir Ай бұрын
Abiyyiin oso nabiyyillee tahee hin amanu mata guddata waan taheef nisoba
@SomoIya-qh7jz
@SomoIya-qh7jz Ай бұрын
Yooyaa gootoota Oromoo 🙏🙏💪💪😍😍🥰🥰❤️❤️💕💕💖💖💞💞👍💯☝️
@user-kr9ox5gi6w
@user-kr9ox5gi6w Ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤rabbii umurii sihadheresu abdu.koo.hayuu.namaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤jabadhu ani.afan Amara hin beku
@user-iw6nl8eg7o
@user-iw6nl8eg7o Ай бұрын
Galatoomi nuu hiikuu keetif❤❤❤❤❤
@Mahersiraj
@Mahersiraj Ай бұрын
Ana ka nagaluu dide ummani Ethiopian Kun harka dhawuu malee waan ummani keessa jiru quba hin qabu moo akkami laata🤔afanumaan odeesa malee nama isin dorgomu hunda ufjalaa fixee afaan bana
@ZaraBh-sz6ct
@ZaraBh-sz6ct Ай бұрын
Rabbiin si hin milkeessin.dhabama ta'i. Inni motummaa iran 🇮🇷 kuffise sitting haa dhufu inshallah 🙏
@rehanaebrahim3450
@rehanaebrahim3450 Ай бұрын
Yes❤❤❤Abichuu
@Nasradinshow
@Nasradinshow Ай бұрын
Yoo iyyaa
@godawajjiitube
@godawajjiitube Ай бұрын
Welcome ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb Ай бұрын
Nama Afaan Dammaa garaan Xanneeti namtichi Wollaahii.
@AbbaaAbdii-tw7yr
@AbbaaAbdii-tw7yr Ай бұрын
Welcome 🎉
@HamidMamee
@HamidMamee Ай бұрын
Kiyyaan qoosutti jira garuu namni inni itti qoosu hin jiru matuma isaatiifi footota achitti walqabate kanatti haa qoosuu malee
@ebabroadcast4729
@ebabroadcast4729 Ай бұрын
Jabaadhu Abduu si jaalana
@user-ki3gl1ti8s
@user-ki3gl1ti8s Ай бұрын
As wr wb Abdi keenya Doktor Abiyyi jedhi Aniyyi jetterta Dhiifama Garu Qaali Nama?
@MohammedMulaata
@MohammedMulaata Ай бұрын
Bayyee bayyee galatoomi❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@taajuumohammad
@taajuumohammad Ай бұрын
Welcome obbo abdu
@isaaisaagarbii9810
@isaaisaagarbii9810 Ай бұрын
Osoo akka afaanin hasawaan kana hojjiidhan ta'ee gaarrii tureemi
@Umarsaed119
@Umarsaed119 Ай бұрын
abbichuu afaan dammaa keessi isaa daba Inni waan ofii haasawutti hin amanu ni soba.
@rehanaebrahim3450
@rehanaebrahim3450 Ай бұрын
Welcome ❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉
@zubaidamoktar6083
@zubaidamoktar6083 Ай бұрын
Wallah dhira namtichi kun❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@derejegillo1334
@derejegillo1334 Ай бұрын
Marii nageenya diddaa, namoota seera fi Heera malee hidhaa, angoo fi lolla adeemsissa, mariin ta'uu danda'uu, nagaan argaammu hin jiruu. Ollolla sobaan nagaan ta'uu hin jiruu. Dhuggaa didduun nagaan hin jiruu.
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l Ай бұрын
Afan addaamma godhee hasawa biy binneennissaa
@Umarsaed119
@Umarsaed119 Ай бұрын
Kan biyya jeeqa jiru motummaa fi warra hidhateedha kan mari'atuu qabus jalqabarratti jara lamaani
@AminAdam-v7t
@AminAdam-v7t 26 күн бұрын
Sa wr wb akkata adeemsa nama kanarratii dinni ummataa
@naziruuzinaabuu8808
@naziruuzinaabuu8808 Ай бұрын
Worraa nagga barbaaduf naggaa hinfidda garuu wora woorraannaa irraa bu'aa argatuu yomiyuu hingaalanu
@radiyaahusen8072
@radiyaahusen8072 Ай бұрын
As wr wb
@ghssjshhdbdndj2506
@ghssjshhdbdndj2506 Ай бұрын
Wel come
@FeeysalShop
@FeeysalShop Ай бұрын
Guddaa galatoomi abduu kiyya waa hedduun sirraa ammalee itti fufi ijjarraa hafi
@MohammedhasenMohammed
@MohammedhasenMohammed Ай бұрын
jabadhu qalii
@user-zb6pt9rg7l
@user-zb6pt9rg7l Ай бұрын
Welcome ❤❤❤❤❤
@junedhusen
@junedhusen Ай бұрын
Abdu baga nagaan dhufte❤ sirriitti qubeessi wal lolluu jedhiiti sirreessi
@muminahmuhamad8382
@muminahmuhamad8382 Ай бұрын
Abichuni.osso.akka.afani.tae.bareda.kuni.garu.mudidha
@user-kr6hv2xc3s
@user-kr6hv2xc3s Ай бұрын
Ofii ofii mardhatee maal fiduufii mee namittii hagduu
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 Ай бұрын
Namicha kana Gararraa 🦎🦎🦎❌sheexana dhaa kijibaa diiqaalaa Minilik ❌❌❌
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l Ай бұрын
Rabin akka diron kuffiittee abyi nura hakufissuu ammmiin
@Zakiishow
@Zakiishow Ай бұрын
Eyunii achii ka,attaa attii imoo???
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l Ай бұрын
@@Zakiishow maali jedhuu ffeettee
@bilisumaahajjjelan7963
@bilisumaahajjjelan7963 Ай бұрын
Welcome ❤ 💚Abdu 💚❤✋😁😁
@derartuusmail5708
@derartuusmail5708 Ай бұрын
Afaanin agaya farsaa ilma nama rashana kijiba afuufu
@user-kx5hh9wj9c
@user-kx5hh9wj9c Ай бұрын
WS wrwb 😢😢😢🤔😭☝️💔
@Abdulaziz-kj9ss
@Abdulaziz-kj9ss Ай бұрын
Waani dubatan kan raabii dhugaa haa godhu kaa
@bayaaneshemahammad6179
@bayaaneshemahammad6179 Ай бұрын
Rabin isn haa gargaruu ethiopia 🇪🇹🤣
@taajirahamanur8240
@taajirahamanur8240 Ай бұрын
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
@user-vb8sm1kg1g
@user-vb8sm1kg1g Ай бұрын
Ani soba kijiban jibba adunyaa karati
@user-gl1yq2ec4b
@user-gl1yq2ec4b Ай бұрын
Kkkkkkkkkkkkk ani garu kani na dhiibuu namni kuni malifi akkana sobba?
@user-lx9xk3im7s
@user-lx9xk3im7s Ай бұрын
Axee Abiyii binil wigaa now😂
@madinamadina3351
@madinamadina3351 Ай бұрын
❤❤❤❤❤
@Makiyaa236
@Makiyaa236 Ай бұрын
🎉🎉🎉🎉 abduu
@muminahmuhamad8382
@muminahmuhamad8382 Ай бұрын
Miricadhafii.afani.miayaa.jirra.kijibani.kuni.
@firomsaabzel721
@firomsaabzel721 Ай бұрын
Kijibaa kana dhisi isaa
@Falmadhuu
@Falmadhuu Ай бұрын
Amaa gafii oromoo debisuf dema abiyii marii amaa godhamuu jiruu kun umataa beksisaa jiraa wanii baruu qabdan abiyii gafaa umataa walitii qabee marii atuu kanaa dura gafii hundefamaa magalaa finfinee debisee amas wan debisu fedhee qabaa agaruf tesan oromoo
@rehanaebrahim3450
@rehanaebrahim3450 Ай бұрын
Abichuundhugaaa
@derartuusmail5708
@derartuusmail5708 Ай бұрын
Qotee bula mana isaati gadi yamanii ajjeesa kijibuukuni tultullaan
@xahiirOroTv
@xahiirOroTv Ай бұрын
Mataa duree kee sirefadhuu abduu
@JifaraAjema-wq6bz
@JifaraAjema-wq6bz 21 күн бұрын
Ciimii
@setaremaz3496
@setaremaz3496 Ай бұрын
😢😢😢😢😅😅😅
@user-xz4db2so9h
@user-xz4db2so9h Ай бұрын
🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣🤣❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@rttrtyt9440
@rttrtyt9440 Ай бұрын
Abjudha kun
@user-by6xe3he2h
@user-by6xe3he2h Ай бұрын
😂😂😂😂😂😂😂he is joking Kkkkkkkkkkkkkk Killing burning the house by destroying poor farmer’s No any previous leaders did What going on now Kkkkkkkkkkkkkk 🩸😭
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l Ай бұрын
Abdu afani qofani oso hintane hojin agarisisuu qaba
@Ahmaadsaliihsaliih
@Ahmaadsaliihsaliih Ай бұрын
Atii malitii jiritaa karamaa sanii demajiritaa
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb Ай бұрын
Kana sidhibu yooAti anoo seera qabeessaa maaliifnarraa diigdu jettee yooAti falmattee hidhamuudha kun maal jedhamagaa?
@habsaabdi1829
@habsaabdi1829 Ай бұрын
Ethiopian government he is cerzy cerzy Abiy cerzy cerzy liar liar liar
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l Ай бұрын
Abyi oromo mitti oso oso oromotae hidhaa fiduuua ajechaa ummatta oromo irraattii rawatta
@user-gl1yq2ec4b
@user-gl1yq2ec4b Ай бұрын
Abyi hnajota kani akkasti oromo fixxe hijiru namtche hisoba sobdudhasi
@jemsibon
@jemsibon Ай бұрын
Shannee hatuu fi saamuuf Gaara jiran
@user-im6wm2cr6u
@user-im6wm2cr6u Ай бұрын
Shan.sibulchi.hattuu.abbiiyyiin.jarsakeetti
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 Ай бұрын
Abiichuu wagaa kumaa buliichaa inshaa Allaah ❤❤👍👍
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 Ай бұрын
Abiichuu ❤ 🥰 ❤ 🥰 ❤ 🥰 ❤ 🥰 ❤ 🥰 ❤ 🥰 ❤ 🥰 ❤ 👍👍👍
@user-im6wm2cr6u
@user-im6wm2cr6u Ай бұрын
Deem.haasiisalluu
@user-im6wm2cr6u
@user-im6wm2cr6u Ай бұрын
Abd.ppp.manamajjirttimalee. Ifjajjabeeysuu.qofaaf.waraani Issaa.hundidhumaajjirakaan Harkakanachaajjiiraa.humnnaan Ijjoolee.karraawarraana.ofaajjuraa Tana.itophiiyyaan
@taajirahamanur8240
@taajirahamanur8240 Ай бұрын
❤❤❤❤❤
Dr  Abiyyi Ahimad turtii OBN waliin taasisan
55:59
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 768 М.
Ibsa Sinodoosii Oromiyaa irraa kenname
15:40
OMN
Рет қаралды 10 М.
DEFINITELY NOT HAPPENING ON MY WATCH! 😒
00:12
Laro Benz
Рет қаралды 59 МЛН
Spot The Fake Animal For $10,000
00:40
MrBeast
Рет қаралды 139 МЛН
I Can't Believe We Did This...
00:38
Stokes Twins
Рет қаралды 132 МЛН
OROMIA11: HARAGALFII: WBO fi Jaal Odaa Tarbii
32:28
Oromia 11
Рет қаралды 74 М.
Waamii Birraatu Goota Addunyaa
10:27
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 80 М.
WAANAN NYAADHU DHABEE BOFAA FI GOONDAA NYADHEERA.
1:08:15
MO'AA TV
Рет қаралды 12 М.
Vidiyoo Sagantaa Harar Kan namni hedduun eegaa ture!!
23:59
Sh Jamaal Haajii
Рет қаралды 135 М.
Dubbii Jabduu \\ Oromoon Maaliif Qabsa'ee ?
20:17
Bokkuu Media
Рет қаралды 44 М.
Никогда не убивай это существо! 😱
0:28
Курение вредит здоровью
0:28
ЮРИЧ
Рет қаралды 3,9 МЛН
POV Joy and Anger's house - Inside Out 2
0:40
AmogusMan
Рет қаралды 22 МЛН