Dr. Abiyi ummata wallaggattin akkas jedhe. bilisummaallee labsiille akka jaaltaulle itti hime

  Рет қаралды 24,819

abdu mobilapp

abdu mobilapp

2 ай бұрын

Пікірлер: 245
@CellPhonica-ww7mk
@CellPhonica-ww7mk 2 ай бұрын
Ayi abiy abba Afaani oromoo ajjeessa jirtuu afufutu duwaa🧐🧐🧐
@nagayotuulaa1816
@nagayotuulaa1816 2 ай бұрын
❤❤❤bilxiginnaan wanni jettuufi wanni hojjattu duugdaafi garaadha. waan wal faallessuudha. Bilxiginnaan aangoo qabatuun oromoon bilisomte jechuudha akka yaada isaanitti. Abdu atuu akka gaariitti xiinxallaa goote galatoomi❤❤❤
@AlawanMucaJuwar
@AlawanMucaJuwar 2 ай бұрын
🎉d😂😂 😢🎉po❤os😂🎉w @❤
@efsrdsssrdss2151
@efsrdsssrdss2151 2 ай бұрын
😅😅😂😂😋😋🤪🤪
@marimagudato5952
@marimagudato5952 2 ай бұрын
Rabine nurra haa kassuu 😢 oromo fetta jirra Abiy
@rafimajama4279
@rafimajama4279 2 ай бұрын
Afaan callaa hojii hojeedha waani jeteeni kana nuti muldhisa Free Arsii Sirkaa😢😢😢😢😢😢😢
@user-lz9on8tr7w
@user-lz9on8tr7w 2 ай бұрын
Afaan Oromoo Farsaa Harkkaa Lafaa jalaan ilmaan Oromoo Lafaraa Fixaa Hamaa yomiti Kijjibaan biyaa Bulchaa Motumaan Shiftaan kuun dhigiin ilmaani Oromoo sii Macheche yaa Abiyii waan dubatuu walaltee kuuni dhiga Oromooti qosudhaa 😢😢😢😢
@AminaaArsii-kd1qt
@AminaaArsii-kd1qt 2 ай бұрын
Khanaa duraa yoo wallagaa dhaqee hin du'aa hin jennee😅😅😅😅Abiyyii
@mafa2217
@mafa2217 2 ай бұрын
Kkkkkkk
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 2 ай бұрын
hinrafaa ta'a moo kkkkk
@UrgesaGonfa-ov9ui
@UrgesaGonfa-ov9ui 2 ай бұрын
😂😂😂😂😂 Inni duri kaa, amma warra Isa ajjeessu danda'an ajjeessee fixeera 😂😂😂😂😂
@abdulbasitabadir9937
@abdulbasitabadir9937 2 ай бұрын
😂ajjeesaniruum😮
@jamilahfatum6302
@jamilahfatum6302 2 ай бұрын
Abichun hasa bareda hasaye 🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤😊😊😊😊
@AbdurrahiimNaasir-mi4qi
@AbdurrahiimNaasir-mi4qi 2 ай бұрын
Akkan yaadutti Afaan oromoo gaafa Afaan teknoolojii ta,ee. Dirqama dhibbaa dhibbatti shakkii malee Hawaasa isaatiif Tajaajila kanna , ?❤🎉❤
@makiyahaji2923
@makiyahaji2923 2 ай бұрын
Yaa Abichuu Abbaa malaa hardhaaf siif milkayee hirriikee kalleessa goota oromoo jaalbattee urgeessa naqamtee keessattii nyatee hardha dhugaa isaa dhoysuuf ummata fajaajeessita dhugaan gaaf tokkoo ima baattii afuufii nadhii oduu sobaa ilma cubuu dalaguuf Rabbiin si uume. Kuni uf muldhisuudha sabaaf yadee osoo hiin tane worraa soddaa keettii garaa gubufii akka oromoon siwajjiin jiru argisisuuf tooftaa uumate Abbaa dharaa .. Ammaa nageenya buufte argina yoo Rabbiin jedhe.
@fathimahasan2105
@fathimahasan2105 2 ай бұрын
An haadhufuu Abdii🎉
@user-ow5bo4qz1h
@user-ow5bo4qz1h 2 ай бұрын
Siyyasni namaaf hin gallu mee numa obsina❤
@Taju-gy7oq
@Taju-gy7oq 2 ай бұрын
Afuuftuu afaan deeymaa silaa akka afaaniin ja,u kana tahee maaltu nuuf hafe😢😢
@user-ow5bo4qz1h
@user-ow5bo4qz1h 2 ай бұрын
Gafii gotta fi hayyu qeroo fi qaarree itti dhabne kanaaf qabsahun salphina jechu dogongare Dr abyi 😮
@user-qi5go7tj5i
@user-qi5go7tj5i 2 ай бұрын
Galatoomi akkanati wa'ee wallagaa yaadu keetif. Wallagaa waan baayy'ee argaa ture, garu amma hunduma walga'ee jira
@mirathmira7377
@mirathmira7377 2 ай бұрын
Mee afaan bichaa miti hojin mulisuhu qaba ❤❤😢😢
@marimagudato5952
@marimagudato5952 2 ай бұрын
Yaa rabi Abiy nurra kasse yaa Allh 😢😢😢😢
@nlhome3543
@nlhome3543 2 ай бұрын
You bube keessaa kee qofaani ordofaa Ani dhugaa waaqi waani ati dhugaa jirtuu dubatuufi 😘👏
@user-fs7ne9zu4l
@user-fs7ne9zu4l 2 ай бұрын
Jabadhuu abduu koo dubiin iccittii qabdii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@allaahkariimqwe9442
@allaahkariimqwe9442 2 ай бұрын
Abiichuu ❤ 🥰 ❤ 🥰
@sufeyasufeya873
@sufeyasufeya873 2 ай бұрын
Abduu bagaa nagaan dhufttee anii dhugaa dubachuuf hummannii kenyaa kun malii hoolaa dhamoo sawwaa utuu achiittii fixanii
@JiraaAmayuuJiraaAmayuu
@JiraaAmayuuJiraaAmayuu 2 ай бұрын
Me isni warii midiyaa kuni afani hin baninaa biyii kenyaa sababaa abo dhani ajefamaaa samama ajefaamaa jiraa abiy king❤ abo rip😢
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 2 ай бұрын
YaaRabbi dhuguma nuutaasiisi nagaa nuubuusi YaaAllaah.YaaRabbi ati wolitti nuuaaraasi YaaAllaah
@Ahmaadsaliihsaliih
@Ahmaadsaliihsaliih 2 ай бұрын
Hayee kijibaa kalesaa Ajesuni moyamudhaa jete sobaa turite Aridhaa kanani dhufutee Sillaa wabaratee Hayotaa fixee Hin salifatuu Amallee umataa duraa dhabatee kijibidaa
@HamidMamee
@HamidMamee 2 ай бұрын
Yaa Abiyyii osuma sobduu Angoon si harkaa baatee nagayatti Aangoon harkaa bahuu isaa waan argeef tokkummaa jedhaa kiyyaan bulguun kun rasaasaa fi beelaan nufixaa kkkkkkkk yaa Abiyyii Osoo oromoon shawwada jettuu shawwadamtee dubbii biraa dhiisiiti Araara akka waboon siin jedhutti taasisii biyyattii mootummaa ce'umsaatiif gad lakkisii
@marym7969
@marym7969 2 ай бұрын
Angoo situu irraa fodhamo
@user-wf3hg6xv9c
@user-wf3hg6xv9c 2 ай бұрын
Wallaggaa deemtuun aangoo dhabuudha
@HamidMamee
@HamidMamee 2 ай бұрын
@@marym7969 lakkii ana osoo hintaane hojii isaatu irraa fuudha ykn ajj**chaa inni nama nagayaarratti taasisuu fi soba ykn fakkeessaa isaa kanaatuu dhuma isaatti goolabii godha Ummata beelaa fi rasaasaan fixuun Aangoo isaa umrii ni gabaabsa
@umarabagojam4635
@umarabagojam4635 2 ай бұрын
Abdi wollahi an akka kootti wanti an jedhu Woma shanee jedhamu fi miidhaa ummata irra gahaaru mee yaadi
@dureti9328
@dureti9328 2 ай бұрын
Abbaan fedhe haa galaabaxamu shanee👽 hattuu irra abiy harkaa dachaa wayya👌
@user-jx6vn7zt5e
@user-jx6vn7zt5e 2 ай бұрын
Yqa rabbii dhugaa godhii ummata waallagaa ttiii
@fatumahussentube9631
@fatumahussentube9631 2 ай бұрын
አላህ. በላዕ ያውርድባችሁ ቢስሚላህ😢😢😢
@yashiyoutube5763
@yashiyoutube5763 2 ай бұрын
Nagaan Waqayyoo manaa kanaaf yaa bayatuu bagaa Nagaan dhuftee sanyii ofii heduu namaatti tolaa itti fufaa
@MomtaazKhaliil-pu3xl
@MomtaazKhaliil-pu3xl 2 ай бұрын
Yaa oromo nu dhisaa me yoo du,atii nuirraa dhabbatee afaan yoomi nu dhibbee akkana nu dhibbee du,atii nu dhibbee jiraa isani warra midiyaa dhisaa me wly namicha kuni dubbii dhugaadha dubbata hadhaa fi abbaa kenyaa bo,aa jirani yaa allah tokko nu godhii kaa atii yaa rabbi abduu dhisaa me ati biyyaa keessaa hin jiruu nati warra biyyaa keessaa jiruu kana yaddaa
@bahirumamo9459
@bahirumamo9459 2 ай бұрын
.dhesa me lubu dhala namarate qumara tabacha madda dhala namate muka dheba wane esane godhanefe ,akse dhubachun bade guda erate godhamute, abda empire oromo erate godhu, wante kana chalu henjeru,rakene oromo etheopiadha rakene Ethiopian oromodha ate henbeku jedhe oromone garu enyu aka godhu, oromote hemu henbarbaden sallme.
@MomtaazKhaliil-pu3xl
@MomtaazKhaliil-pu3xl 2 ай бұрын
Dhugaa keetii garuu osoo nagaha bu,ee garriidha barii warra midiyaa kuni yeroo dubbatu ta,anii dibbatuu nuti garuu warra biyyaa keessaa bo,aa dubbana kanafu rabbi nagaha nu haa godhuu me abbaa Dhugaa rabbitu bekkan nutii hin bekkanuu
@user-gj8vg4kc1d
@user-gj8vg4kc1d 2 ай бұрын
Lubbuu OROMiyaa keessatti baddeef itti gaa fatamaan jaal Daa wudiifii jaal marroo Dhamaatuu kijibduu tana Akka taate Namuu beekuu qaba :: Seeraaf dhi yaachuu qabdi Shaneen ::
@waaqqayyoogaariidhaa903
@waaqqayyoogaariidhaa903 2 ай бұрын
😭😭😭😭😭😭😭Ayii wallaggaa
@user-qi3hx8cr5k
@user-qi3hx8cr5k 2 ай бұрын
Sobnee jirachuu hin fennuu 😢😢 humattaa dirqiin bassaan malee ummanii jallatee mitti gaaruu Arkii callaa kabbinedhaa😢😢😢
@ZarituDaraje-fs5qp
@ZarituDaraje-fs5qp 2 ай бұрын
Dinii keenyaa siifii nafxenyadha waqayoo isiinii haa balesuu 😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮😮
@user-uj1vz5gs3b
@user-uj1vz5gs3b 2 ай бұрын
❤❤❤❤
@user-mw9yt4xp3w
@user-mw9yt4xp3w 2 ай бұрын
🎉yes
@NegeseAyele
@NegeseAyele 2 ай бұрын
Abdu dhugaa dubbachudhaf taanan yaddi atti keenite kun bayy'ee natti tolee maltu ta,e seetee wagaa darbee obbolessa kiyyatu finffinee miizee ta,e biyyaa gale iddoo ciidhati osoo dhichisaa jrani waraani motummaa itti duddee Abba chiidhafi miizee waliit qabee darara gudda irran gahee jia,a tokkon hudda reebba turee kadhaa meqaan gadii lakkisaan kun otoo ta,a jiru oromoon akkamti bilsoomte jedhe dubbata minishaan akka fedheetii siitumaa ijoollee keessan gorfadha jedha ijoollee homaa beekkinee shaaneedha jechaa ajjessaa kun taapha fakkata😢
@abdimalikdaud7221
@abdimalikdaud7221 2 ай бұрын
Aiyyif Ennyu Hima Ddara Dubbachaa Jirta Deemiimii Firraagali Yaa Abbaa Dhara Karobakessa Dhukkee Kaasu
@HamidMamee
@HamidMamee 2 ай бұрын
Kkkkkkk dubbiin Abiyyii hedduu na kofalchiifti kiyyaan yoom dantaa walkaggaa ykn oromoo qabaateeti sobduun muddameeti kana haasawa malee kan araara didee nagaya nu dhoorgatees isuma
@safia1290
@safia1290 2 ай бұрын
Hyii oromoo harka dhahu qofa abyin afaan qofan sobe dhukke nuura kaasu heda waa'ee jirenyaa qaliyyisatu ummata fixee 😢fillannons dhiyaate sanif
@maalikaaabdiiabdii1675
@maalikaaabdiiabdii1675 2 ай бұрын
6:40
@dareecaalaa9651
@dareecaalaa9651 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢
@marym7969
@marym7969 2 ай бұрын
Shanee fii fannoo badaa keessaa jiruu namii akamitii boqataa atiis rakkatee giddutii D.r rabbiin furmataa siif haa keenuu
@Faxumaqaliitesani
@Faxumaqaliitesani 2 ай бұрын
As wr wb akkama nagaa
@user-lz9on8tr7w
@user-lz9on8tr7w 2 ай бұрын
Maaloo Abdu Namicha kijjiba kaana maa nuu dhagefchiftaa Ecciii😮
@TelcoTelco-np5nq
@TelcoTelco-np5nq 2 ай бұрын
Abduu dhugaa dubachuu dha ani obboolewaani kiyya lamma durani sodaa kessa jiruu amma lamanuu mana hidha galani sulultaa nano badiyya ti wbo xiqqo sochuu refuu godhaa jiraa shakkumani qabanni mana hidha galachani garuu amma oddo achii banni garumaa bossona demani obbolesi kiyya tokko nani demme bosona sena jenani dhowwe ture garu amma mana hidha jiraa yo xiqatee gadda tokko kessa nama 50iltuu how dhame wbo nano saniti arginani
@yomifkumsisabededa3469
@yomifkumsisabededa3469 2 ай бұрын
haa sakkasukaa yaadaa innimmoo kennaadhuma isaati amma nama nama na amanatu jira jedheetimoo maalumaaf yeroosaa iyyaan guba. nutoo sirratti barreerra. isayyuummoo gaaffiin bilisummaa gaaffiin afaanii ka'uu hin qabu jedhe, maaf hin kaane maaltu jijjiirrame?
@TuujiiUsmaanMahaammad
@TuujiiUsmaanMahaammad 2 ай бұрын
@afranyoutube
@afranyoutube 2 ай бұрын
Abdule
@ZabiaaBuloo
@ZabiaaBuloo 2 ай бұрын
😮😮Z.
@mariyqmmariyqmmari2498
@mariyqmmariyqmmari2498 2 ай бұрын
🙏🙏🙏🙏
@zeyitumud5629
@zeyitumud5629 2 ай бұрын
An hasayaa Dr Abiyi waan an yaadichese Dr Mahammad waan jedhe Dr Abiyi sobadani namaa amasiisa jedhani yaa raabbiin yaa Allaa 😀😄
@MakiyaaAndaalh
@MakiyaaAndaalh 2 ай бұрын
Kanumaa kijiiba abiyii ahmaad duraanu
@hundemarro4480
@hundemarro4480 2 ай бұрын
abbaa torbee ta'uun amma ture silaa hundashee fixeen du'an ture.
@AnesaDaba-xp2pn
@AnesaDaba-xp2pn 2 ай бұрын
Namichaa kana nama afaan dammaa dibaatee harkaan abddaa qabatee deemuu abiyii 😢😢
@user-ex7oo6lx4x
@user-ex7oo6lx4x 2 ай бұрын
WaIIagga ABo WBo
@user-ex7oo6lx4x
@user-ex7oo6lx4x 2 ай бұрын
❤❤❤
@hawwiihawwii-zl6fg
@hawwiihawwii-zl6fg 2 ай бұрын
❤❤❤❤🎉🎉
@waaqqayyoogaariidhaa903
@waaqqayyoogaariidhaa903 2 ай бұрын
Free wallaggaakoo❤
@sphonetastic8552
@sphonetastic8552 2 ай бұрын
❤❤
@jemaljebo2374
@jemaljebo2374 2 ай бұрын
Nuf jiiradhu abdu❤❤❤
@gutemagaga3031
@gutemagaga3031 2 ай бұрын
Baayee Galatoomi!
@Khadija-xf9vb
@Khadija-xf9vb 2 ай бұрын
As Wr Wb.dhugaa keeti.nurkaa baderawaaheen namicha kana
@user-gz5eh6ne7l
@user-gz5eh6ne7l 2 ай бұрын
Hojinarsisi afufutu saree dhaabbammaa tai abyoromomiti gafa Rakkattee anioromojedhaa
@Jamiladha
@Jamiladha 2 ай бұрын
As wr wb xixxala namatti ati wontii dubbatamaruf wontii hojjatamaru kijjiba yoomi Oromoo kutaa 11 keessa namni osoo hin du'unee bu'e bekka😢😢😢😢😢 jabadhuu
@zemzemsifan6789
@zemzemsifan6789 2 ай бұрын
Fillannof afaan mi'effate dhufe
@HadabbaTiyyaa
@HadabbaTiyyaa 2 ай бұрын
Dhuga ket
@user-xn8ln3to3q
@user-xn8ln3to3q 2 ай бұрын
DrAbiy goootadha
@ashrkatabdulrahman8713
@ashrkatabdulrahman8713 2 ай бұрын
Dhugaa jedhani dr abyi liqimsa fudha
@ZarituDaraje-fs5qp
@ZarituDaraje-fs5qp 2 ай бұрын
Wolagaa isiin haa fixuu malii simaranii abiiyii 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@AfroFact
@AfroFact 2 ай бұрын
Dhugaadha
@user-kx5hh9wj9c
@user-kx5hh9wj9c 2 ай бұрын
😢😢😢😢😢🥺🥺🥺
@user-mw9yt4xp3w
@user-mw9yt4xp3w 2 ай бұрын
Dhugaa keeti kana abiyyi maaliti quba qaba
@user-jp5wq7yc5o
@user-jp5wq7yc5o 2 ай бұрын
እዉነት አልክ በቃጠለ በቤታችን አመድ 3:59 ላይ ገሎ አዉሬ ባስበላ ረሳችን ላይ ቆሞ ያወራል3:27 😅ላይ
@MomtaazKhaliil-pu3xl
@MomtaazKhaliil-pu3xl 2 ай бұрын
Aboo rabbi sodadha me warra midiyaa kana callisa me warrii mana gubba jiruu fi warra qabeenyaa ummata balleesaa jiruu Shane malee kana makinaa gubba jiruu mee dhugaa dubbadha me
@bahirumamo9459
@bahirumamo9459 2 ай бұрын
Elmma naften or ,qomche afane oromo bartedha male orommo mete.
@mafa2217
@mafa2217 2 ай бұрын
Dhugaadha amman isan jibuu hooma hin jibuu argaa isaani
@anashidworld9483
@anashidworld9483 2 ай бұрын
uss saree hanga dhiga oromoo dhuydee qosaa jirtu kana dachan siif debi'uu taa'a
@jamilasalah2298
@jamilasalah2298 2 ай бұрын
mas❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
@AbdulazizKamaal-eg3tc
@AbdulazizKamaal-eg3tc 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-wf3hg6xv9c
@user-wf3hg6xv9c 2 ай бұрын
Gaafa Abiy wallaggaa dhaqu marroon eessa dhaqeree
@AAa-tp9gx
@AAa-tp9gx 2 ай бұрын
Labssiin mummichii labssee dhugumman ykn onnee irra labssee jedhe hin ammannu dubiin kabba itti jabatte nati fakkata kanaafu ani oromoo oromoo jechuu egale
@halimaanugusa2286
@halimaanugusa2286 2 ай бұрын
WBO ESSA JIRTUU YEROO NUU IRRAATII HARKAA RUKKUTANII KALEESSA SHANEE JEDHAA HARA IMMOO NAGEENYAA LABSA
@Zaheb-us1me
@Zaheb-us1me 2 ай бұрын
Dhugaa jedhee woraa Dubai figuu
@ZarituDaraje-fs5qp
@ZarituDaraje-fs5qp 2 ай бұрын
Sosobachuufii demee wolagaa filanoo dhufaa jiruufii 😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 saree
@user-qi3hx8cr5k
@user-qi3hx8cr5k 2 ай бұрын
Abyii jechuun bofaa jechuudha
@ZarituDaraje-fs5qp
@ZarituDaraje-fs5qp 2 ай бұрын
Dhugaketii ❤❤❤❤❤
@retabanje
@retabanje 2 ай бұрын
Ni afuftii abduu dhiisii
@safia1290
@safia1290 2 ай бұрын
Oromon akkuma daa'imma sosobbama kaana arge dura abyin 😂hyii woromo Dhugama abyin abba mala inni
@ZmzmZmzm-hv9ez
@ZmzmZmzm-hv9ez 2 ай бұрын
Nagaan yoo him jirannee maal godhu misooma Yaa rabbii ati oromoof tumsii.
@user-fs7ne9zu4l
@user-fs7ne9zu4l 2 ай бұрын
Jiradhuuu❤❤❤❤❤
@ZarituDaraje-fs5qp
@ZarituDaraje-fs5qp 2 ай бұрын
Nutoo jijiramneraa umanii wolagaa malii jijirtuu gantuuu 😢😢😢😢😢😢😢😢
@Abdii-lovii
@Abdii-lovii 2 ай бұрын
Nusobe galeka Abichun wayyo safudha aboo😂😂😂
@ZarituDaraje-fs5qp
@ZarituDaraje-fs5qp 2 ай бұрын
Akasiitii iranfana isaa darbee dhumatii obolotaa keenyaa abiyyii saredhaa wolagaa harkaa hin rukutinaa safuu egadhaa hadaraa abiyyii hin degariinaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
@caaltuutolaa3889
@caaltuutolaa3889 2 ай бұрын
Kuni nama dhibaa. Rabbii Uumaata Kenyaaf haa dhabaatuu
@Galata_Roobaa.10
@Galata_Roobaa.10 2 ай бұрын
Atuu akkami sa hojjiin qabatamaan mirkaneesina jedhee gurbaan
@user-gl1yq2ec4b
@user-gl1yq2ec4b 2 ай бұрын
Amma namtitni kuni saba kana goyomsuni takka hidadamu chalsi nura
@tufawayesa
@tufawayesa 2 ай бұрын
Wallaggaa harra abiyi afaanin Sobe sosobe gale Kun! Baacoo beekama bara 2016 ti. Garuu ajjeessisa awalaf bo'iicha dhorka hin gowomsina. Qurxummii qabuf galaana gogsu jettani oromoo irratti Lola labsa turtan. Harra garuu uummata sobuf hin yaalina!! Hin kuftu barana!!! Beekadha!!!
@HayuGoftanu
@HayuGoftanu 2 ай бұрын
Badhadhani hasahaa fi hojji isanii walii hin arguu fardaf harredha
@user-of3sb1cb6g
@user-of3sb1cb6g 2 ай бұрын
Aliyyi afuuftu😂😂
@FatmaFa-lu5qs
@FatmaFa-lu5qs 2 ай бұрын
Sobema nu siimattani jaalalan jedha namtichi osoo danda'me achitti sii ajesudha kijibdu haadharu
@Gudafu
@Gudafu 2 ай бұрын
❤❤❤❤❤jabaadhu
@AladinAladin-bu5ch
@AladinAladin-bu5ch 2 ай бұрын
Uuu
@aberakumbi7954
@aberakumbi7954 2 ай бұрын
Dooftoor abiyyi ahimed ali dubbii walaagairraat dubataan dhugaan hikamuu qabaa!!!!
@hasharudina3905
@hasharudina3905 2 ай бұрын
Afaan dhaadha
@uaeajman4945
@uaeajman4945 2 ай бұрын
Kamiin bilisoome oromoon osoo du,uu osoo qe,ee isaaraa buqa,uu. Kan umataa keenyayyu hedduu nama gubaa.
@dheeranejash6400
@dheeranejash6400 2 ай бұрын
Ngya maltu jira Yaa Saaba
Red❤️+Green💚=
00:38
ISSEI / いっせい
Рет қаралды 79 МЛН
THEY made a RAINBOW M&M 🤩😳 LeoNata family #shorts
00:49
LeoNata Family
Рет қаралды 43 МЛН
“Galaanichaa  gossina” Obbo Fiqaaduu Tasammaa Gingilchaa
26:47
Qaanqee Show
Рет қаралды 31 М.
FiB: Himanni narratti dhiyaate hin jiru, Sababan hidhameefis hin beeku - Sabboontuu Ahmed
16:01
FIB Advertising & Requiretments
Рет қаралды 436 М.
😹😹😹
0:19
Татьяна Дука
Рет қаралды 18 МЛН
Толстый солдат всем отомстил #shorts
1:00
When an RV meets a zombie outside #rv
0:21
campingWorld
Рет қаралды 28 МЛН