FiB: Himanni narratti dhiyaate hin jiru, Sababan hidhameefis hin beeku - Sabboontuu Ahmed

  Рет қаралды 436,940

FIB Advertising & Requiretments

FIB Advertising & Requiretments

2 жыл бұрын

FiB: Himanni narratti dhiyaate hin jiru, Sababan hidhameefis hin beeku - Sabboontuu Ahmed (May.31,2022) Finfinnee

Пікірлер: 710
@MammadAhimad-xo9qz
@MammadAhimad-xo9qz 3 ай бұрын
Mashallh🎉🎉🎉🎉
@user-kv8uo1yt8z
@user-kv8uo1yt8z 2 жыл бұрын
እልልልልልልልል 🦁🦁🦁🙏🙏🙏 አንቺ በጣም ጎበዝ ነሽ በርች አትፍሪ እናንተ ለእዉነት ስለቆማችሁ ዉሸታሞች እናንተን አይወዱም Ati nama tokko miti jabaadhu!
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
@abdulkerimaliyi4616
@abdulkerimaliyi4616 2 жыл бұрын
Fib tv only one Media of our country
@sisaayiiabdisa
@sisaayiiabdisa 2 жыл бұрын
Uuuuufffffeee baaga nagan baatee Sabontuu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🥰🥰🥰💚❤💚❤💚❤💚❤💚
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,.,.,.,.,.,...,
@bonaaorotube8525
@bonaaorotube8525 2 жыл бұрын
Maashaa allah bagaa nagaan battee alhamdulillah ❤️💚❤️
@Badhasajamal2
@Badhasajamal2 5 ай бұрын
Bagaa nagayan gamaako dhufaate anhadhufuu sinjedhaa jabadhuu sin hordofaa jiraa dhifamaa wajiin mattii naf tahii bonaaorotubee
@Warex-Kula
@Warex-Kula 2 жыл бұрын
Masha Allah ya Sabontu ko wogaa atin hidhamte asii anin iribiyu naa hin qabne yaada ketifuu hin jiruu❤️‍🔥❤️‍🔥❤️‍🔥🌹🌹💋💋💋
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
@Warex-Kula
@Warex-Kula 2 жыл бұрын
Okay
@user-sc7ht3oj8y
@user-sc7ht3oj8y 4 ай бұрын
Mashalah bagaa nagan rabiin sii basee Alhamdulilah
@oromians2389
@oromians2389 2 жыл бұрын
Waa malee hidhamuun kee addatti garaa na nyaatee hin turre. Baga rabbi si baase. Biyyi keenya akkana tahuun ammoo hedduu nama gaddisiisa. Abbuma argan badii malee hidhuun ammoo ofiisatifuu seera cabsuudha. Akkaatan itti qabamte nama gaddisiisa. Atis garuu jabduudha falmattee jirta humaan jettu. Shaa Shambaa😉😊
@DrHanii
@DrHanii 2 жыл бұрын
mati naf tayyaa
@ketematsegaye351
@ketematsegaye351 5 күн бұрын
Bagaa nagadhaan nuf batee sabontuu
@user-mt7nc6kl1h
@user-mt7nc6kl1h 7 ай бұрын
Mashaa allah hammatuun sin argiin qali lovely baga rabbii siihi baasee
@user-ep2eg8ng7p
@user-ep2eg8ng7p 2 ай бұрын
Mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah mashaa Allah ❤️ 💖 baga nuf tate qaallii
@tamimajundi457
@tamimajundi457 2 жыл бұрын
Sabboontuu tenyaa baga naga rabii si basee ijoolee Oromoo rabii si ha eguu 🤲🤲🤲☝️☝️🙏🙏
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
@myphonenumber703
@myphonenumber703 2 жыл бұрын
Sabbontuu ykn dharo ahmed qaalii tenya baga ngyn rabi sibase mafiyota harka😘😘😘❤🥰🥰🥰
@mamejaalala
@mamejaalala 2 жыл бұрын
Bagaa Rabbiin Nagahan Harkaa Dinaa Jalaa Si Baasee Sabboontuu teeynaa.
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
@user-gy7bz7kv3e
@user-gy7bz7kv3e 5 ай бұрын
Masha allaha baga nagaan batte Alahamdulila ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@obsabusha1985
@obsabusha1985 2 жыл бұрын
Qaama hin beekamneen hidhamuu fi hidhaatiin dararamuun ilmaan oromoo sadarkaa ol aanaarra jira. Qaamni ilmaan oromoo dararaa jirus beekamaadha, argaas kan jirrudha. Ilmaan oromoo baay'een qe'eef manasaa gadhiisee baqatee jireenya baqaadhaan kan jiraachaa jiranis lakkoobsaan ibsuun nama rakkisa. Dhugaadha Sabboontuu kan gadhiisan jaallatanii natti hin fakkaatu. Ijoolleen Keenya warri qaama mootummaa ta'anii tajaajilaa jiranis rakkoo hamaa qabu. Sabboon gadhiifamuusheef waaqa galateeffanna. Garuu cululleerraa foon hin eegan akkuma jedhu oromoon ammas of eeggannoo gochuun Sabboo dabalatee gazexeessitoonni Marti of nuu eegadhaa. Waaqayyo biyyaa keenyaaf, saba keenyaaf nagaa haa buusun jedha. Tv'n FIB guddaa galatoomaa.
@DrHanii
@DrHanii 2 жыл бұрын
mati naf tayyaa
@DhugoBoneya
@DhugoBoneya 3 ай бұрын
Naga nagaan baate saboontuu oroomoo❤❤❤❤❤❤❤
@user-jd5ne5cj9z
@user-jd5ne5cj9z 2 ай бұрын
Yaa aall kunii wan ibaatii yaa lubu tiyaa wamarafuu baga baatee♥️
@filoksiab5610
@filoksiab5610 9 ай бұрын
Bagaa rabbiin nagiyaan sibasee garuu yaa sabaa afaan oromotiin dubachuu dadhabuun kenyaa kunii malii silaa
@absiol3588
@absiol3588 2 жыл бұрын
Ethiopia has become a lawless country. I’m very disappointed with this government. This young lady did no wrong no crime But spent 3 days in jail???? Unbelievable!!! I’m very angry at this government and people who work for him. They are all terrorizing civilians. Young lady you are very smart and very wise. You stood for your right. I’m proud of you 👍
@DrHanii
@DrHanii 2 жыл бұрын
mati naf tayyaa
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
@panaden1811
@panaden1811 Жыл бұрын
Thank u sabontu ! You are our hero ! Shame on those elements of Ethiopian judiciary system ,law enforcement elements who violated u'r inborn & u'r human rights. Goota ko Faya dayi !!
@bakarahmad5543
@bakarahmad5543 10 ай бұрын
@haruunaliiyii4518
@haruunaliiyii4518 5 ай бұрын
1:06 ​@@bakarahmad5543
@sumayamuhammad3712
@sumayamuhammad3712 Жыл бұрын
Baga nagaya rabbiin si basee oktii tenyaa qalii 🛍❤❤💔💔☝️☝️☝️
@YusufIlyaas.gaming6658
@YusufIlyaas.gaming6658 2 жыл бұрын
Itti yaddame Wan Finfinne kessatti Oromoo irratti Gaggeffama jiru, Finfinnen magala Oromo ta'u akka Oromoon hin yaadne fi Sodaa sammu oromoo kessatti uumuu yaadani gocha akkana kana nama heddurratti hojjecha jiru.
@jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953
@jofiiyeetaresaawaqayoabdii3953 2 жыл бұрын
Bagaa waqayoo naganii sii basee sabontuu kenyaa Yaa biyaa keenyaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭 maluumatuu dhalataa bulaa lataa maloooo Yaa Oromokoo jabbadhaa 🙏
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......
@fuaadruduwaan2782
@fuaadruduwaan2782 2 жыл бұрын
Maashaa allaah baga nagayaan Rabbin sibasee
@intalaworrakush5670
@intalaworrakush5670 2 жыл бұрын
Woyi gabrumma😭😭❤️waan nuti taanemo baga Rabbi si baase
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/qbyDYMSc0LHKdYU.html
@badhaatu2052
@badhaatu2052 2 жыл бұрын
Baga rabbi si baase alhamdulillaah Rabbin mootumma nama nyaata kana nurra kaasu malee ilman oromoo jiru qabnu😭
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/qbyDYMSc0LHKdYU.html maati naaf ta'aa
@jaweeranasirjaweera2403
@jaweeranasirjaweera2403 2 жыл бұрын
Maashaa aallh bagaa nagani batee Abshiruu rabbiin sii walin haa jiratuu💘
@DrHanii
@DrHanii 2 жыл бұрын
mati naf tayyaa
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
@Badhasajamal2
@Badhasajamal2 5 ай бұрын
Kotuu matii naf tahii qalii nama hawalgudifnu sanyiiko
@AbdallaaUsmaan
@AbdallaaUsmaan 2 ай бұрын
As wr wb akkamii nagayaa fayyadha jirta
@AbdallaaUsmaan
@AbdallaaUsmaan 2 ай бұрын
​@@Badhasajamal2q😅😅
@AishaAisha-kt7bo
@AishaAisha-kt7bo Жыл бұрын
Maashaall bagaa nagaan batee allhaamdulila jedhii yaa bareedu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@user-bn6sg5ot6e
@user-bn6sg5ot6e 4 ай бұрын
Haye baggage rabbit si base
@user-dc1qg2ug5k
@user-dc1qg2ug5k 2 ай бұрын
Maashaa allh bagaa gamaadee
@AhmedIbroo-ml7ed
@AhmedIbroo-ml7ed 10 ай бұрын
Bagaa Rabbi basee
@salmanahmedmehamed3452
@salmanahmedmehamed3452 2 жыл бұрын
😭😭 Rabbin siha Eggu Sabbontu Tenyaa
@Badhasajamal2
@Badhasajamal2 5 ай бұрын
Bagaa nagayan gamaako dhufaate anhadhufuu sinjedhaa jabadhuu sin hordofaa jiraa dhifamaa wajiin mattii naf tahii salman
@Zahara-ow1zi
@Zahara-ow1zi 9 ай бұрын
mashaa allaah bagaa rabii sibasee bareduukoo ,❤❤❤❤❤
@DerartuMitiku-qh9ly
@DerartuMitiku-qh9ly 2 ай бұрын
Baga rabii si basee ❤❤❤
@umaraliyi2159
@umaraliyi2159 3 ай бұрын
Baga rabbin si baase maasha alla maasha alla rabbin sihaa tiksu amalle
@obseabasimal3
@obseabasimal3 2 жыл бұрын
Ya saba Oromo Rabbin issinf haa tau 😭😭😭😭😭😭😭😭😭
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
@samuukoo3592
@samuukoo3592 2 жыл бұрын
@@keetube3666
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/qbyDYMSc0LHKdYU.html maatii naaf ta'i
@baharoro23
@baharoro23 2 жыл бұрын
Baga rabbiin sibaase sabboontuu Aadam🍒🍒🍒🍒🍒🍒✅✅✅✅✅✅
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,.,.,.,.,.,...,
@janbotube508
@janbotube508 2 жыл бұрын
Baga rabbiin nageyan harkka nyaphati sii basee bareedu wara fib hundda khessanu rabbiin issin haa eguu issin jana
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ,,,
@amanwoshe2309
@amanwoshe2309 2 жыл бұрын
Raajiidhuma wanti dhageenyu baga rabbi si baase ammaaf. Hanga bilxiginaan biyya sani bulchitu silaafuu gammachuun keenya hirdhuudha. Manni murtiis baasu amaanaadha jedhaa kaayatu
@DrHanii
@DrHanii 2 жыл бұрын
mati naf tayyaa
@AminaAmina-po9sv
@AminaAmina-po9sv 2 ай бұрын
Bagaa nagyan rabbii siibaase❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@user-vd1en7zr5s
@user-vd1en7zr5s 8 ай бұрын
Baga nagaan baate jabduu teenya
@hojiiguddaa9058
@hojiiguddaa9058 2 жыл бұрын
Baga nagaan baate Sabboo!
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ....
@user-kt3ub9ws4x
@user-kt3ub9ws4x 2 ай бұрын
Baga rabbin si basse❤❤❤❤❤
@iftuuoromoo5547
@iftuuoromoo5547 2 жыл бұрын
I love you sabboontu wel come ❤💓💛💖
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ...
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/qbyDYMSc0LHKdYU.html maatii ta'i
@user-kt3ub9ws4x
@user-kt3ub9ws4x 2 ай бұрын
Mash Allah bakka hamtu sira
@NagelleIslamicTv
@NagelleIslamicTv 2 жыл бұрын
Bagaa nagaan baate sabbontu Ahmed
@najoumaabdourahmanbakhare3114
@najoumaabdourahmanbakhare3114 2 жыл бұрын
Alaviyuu sabntu Amhad Gaga Gamanee walumanu
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
@namooyoutubeofficial5840
@namooyoutubeofficial5840 2 жыл бұрын
Baga nagaan batee.Hidhamuun ke irraa caallatti iyyuu Beekamtii ke fi Jalala ummatta Oromoo Bukkedha Qabduu sif Ibsee.Warri nama hidhuu baraaniif susiidha nama hidhuun.
@hubtube9899
@hubtube9899 2 жыл бұрын
Baga nagaan baate sanyii ko. Hedduu tokkon si ajaa'ibsiifadha si hordofas yaa Sabboontuu keenyaa
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ....
@desutech7539
@desutech7539 2 жыл бұрын
saboontuu dhugum sabontuu baga nagaan baate afaan bineensaa kessaa
@DrHanii
@DrHanii 2 жыл бұрын
mati naf tayyaa
@ChalaAbdulkadir
@ChalaAbdulkadir 8 ай бұрын
bagumaa rabbin nagayyani sibasee obboletti too
@user-gn2rf8dx9f
@user-gn2rf8dx9f 4 ай бұрын
Bagaa nagayaan Rabbiin siibassee ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
@zamzam-ze9lb
@zamzam-ze9lb 2 жыл бұрын
Bagaa raabbiiin nagayaa isni baassee ❤❤❤❤
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......
@kudhaalameenalasanyiitiyaa5132
@kudhaalameenalasanyiitiyaa5132 2 жыл бұрын
bagaa nagyan rabbii sii baase🥰🥰🥰🥰😍💗💗💗
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......
@dibababsa1086
@dibababsa1086 2 жыл бұрын
Hojiima garbummaatu akkasi. Barri kun darbuun oolu Rabbi wayya!
@hanalove9880
@hanalove9880 2 жыл бұрын
Baga nagaan waqayyoon sii basee 🥰🥰🥰🥰📖
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/qbyDYMSc0LHKdYU.html maatii naaf ta'ii
@chaltuyudo7218
@chaltuyudo7218 2 жыл бұрын
Baga hundafu batee biyya suni baate
@salamaktbi3350
@salamaktbi3350 2 жыл бұрын
Uuuffee jabduu akkaa gotaa ,baagaa raabii si baasee
@lalistubiyyaa
@lalistubiyyaa 2 жыл бұрын
Sabboontuu teenya Baga baate...kan jaraa dubbiitti hin tolu
@GutaMegersa-kj2fu
@GutaMegersa-kj2fu 3 ай бұрын
Bagaa waaqii si gargaree akkeka isaani digee jabadhu jabduu keenyaa
@iyesusabdiijiraatadhaa1384
@iyesusabdiijiraatadhaa1384 2 жыл бұрын
Uuuuuuuuufffffffff baga waaqayyooo sii olchee bareeduukooo❤❤❤❤❤❤😭😭😭😭😭
@DrHanii
@DrHanii 2 жыл бұрын
mati naf tayyaa
@sabaafart5690
@sabaafart5690 2 жыл бұрын
Egaa bara bofti hammaatu lootuun mataa raasa akkuma jedhan..isuma Hacee galaafatetu faana si dhahe ta'a,,garuu yaadni isaanii hin milkoofne. BAGA NAGAAN BAATE SABBOONTUU KEENYAA ,,nuuf jiraadhu,,waaqaaf haa galatu kan nagaan si galche!!
@gadisakasim1610
@gadisakasim1610 2 жыл бұрын
Waaw joornaalistii teenya baga nagayaan harka diinaatii nuuf baate
@seidalii155
@seidalii155 2 жыл бұрын
Mashalaha
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
@ahamadqashow7323
@ahamadqashow7323 9 ай бұрын
Jabadhu
@user-gs1rj5kq5t
@user-gs1rj5kq5t 4 ай бұрын
Maashaa allah Bagarabbi nagaansibaase
@SwswSw-rq5ux
@SwswSw-rq5ux 2 ай бұрын
Mashaaallahhmmatuuansinarrgiinpalilovely❤❤
@rttt2635
@rttt2635 2 жыл бұрын
bagaa rabbiin sii baase ❤💚❤
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,.,.,.,.,.,...
@fatihajimmasanyiihaacaluu1872
@fatihajimmasanyiihaacaluu1872 2 жыл бұрын
Baga rabbi nagan si base sabonntu koo 😥
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ....
@DrHanii
@DrHanii 2 жыл бұрын
bagaa rabbii sii basee lubbuu ko mashaa Allaah galataa Iraa hafii lubbuu ko
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,.,.,.,.,.,...
@bedanetuye7572
@bedanetuye7572 2 жыл бұрын
Baga Rabbi si basee
@edinmohamed8119
@edinmohamed8119 2 жыл бұрын
yaa rabii rakata gararii
@mlbmlb7150
@mlbmlb7150 2 жыл бұрын
Sabootu koo Baga RAB nagan isibasa💐💐❤️💚❤️ Translate to English
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......
@mimiintalaabbasgada2762
@mimiintalaabbasgada2762 2 жыл бұрын
Baga rabbiin si baasee jabduu koo
@zakishashow5309
@zakishashow5309 2 жыл бұрын
Baga rabbiin nagayaan si baase harkaa zaalimaati
@babailiyaas169
@babailiyaas169 2 жыл бұрын
baga nagayaan baate sabboontuu
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ....
@gureeoro5721
@gureeoro5721 2 жыл бұрын
Bagumaa harkaa diinati batee Sabontuu koo
@SulxanJamal-hc8tm
@SulxanJamal-hc8tm 3 ай бұрын
Saboontu ye bagaa raabiin naagan.sii,ba,as,ee😢😢❤❤ 5:41
@zelekekebede3983
@zelekekebede3983 2 жыл бұрын
Baga baate sabboontuu ,biyya mootummaan hin jirre keessa jirra waan ta;eef kun naman dinqu
@user-fs3kb9wm6m
@user-fs3kb9wm6m 8 ай бұрын
Baga nagaan baate❤❤❤❤
@bmrealfunnytube
@bmrealfunnytube 2 жыл бұрын
Baga nagaan baate. finfinnee keessatti nafxanyaan nama nyaattii of eeggannoo taasisaa.
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ....
@Galmeeispoorti
@Galmeeispoorti 2 жыл бұрын
Sobbonatu baga rabbi harka dinati sii baasee
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 жыл бұрын
maatii naaf ta'ii
@eymanentertainment5612
@eymanentertainment5612 2 жыл бұрын
Baga rabbi nagayaan sibaase harka zaalimaatii sabboontuu
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa please
@didajirmo7384
@didajirmo7384 2 жыл бұрын
baga waaqa nagayyaan baate, obbolleetti keenya
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,.,.,.,.,.,....
@merobtube6581
@merobtube6581 2 жыл бұрын
Baga nagaan baate sabboontu
@tilahunblemi8086
@tilahunblemi8086 2 жыл бұрын
Maaloo ni huqqatteem guyyaattimaa sanitti ni rifatteemmoo Sabbee hhhhhhhh Baga nagaan baate Leencittii koo!!
@seidmohamed7661
@seidmohamed7661 2 жыл бұрын
Sabboontuu baga rabbiin sibaase baga gammanne nuhilleen
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ,,,
@ZobaydaZobayda-kj8dw
@ZobaydaZobayda-kj8dw 5 ай бұрын
Baga Rabii sii base
@AragashkababaaAragash
@AragashkababaaAragash Жыл бұрын
Baga nagaaa baateee sabbontuuukoooo
@kedirmohe7576
@kedirmohe7576 2 жыл бұрын
baga nagaan baatee
@husseinmohammed4391
@husseinmohammed4391 2 жыл бұрын
Baga Nuuf Baate Sabboontuu teenna. Duruu abbaankee sabboonaadhaa saniif Sabboontuu jedhee Siif moggaase.
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
oromookoo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,,
@sifaanfayyaakoo7419
@sifaanfayyaakoo7419 2 жыл бұрын
Laggasaa wagii Qophiidha FIB FIB harkiis waraana haqa dhalootaa walumaan Biraanuu juulaa Biyyaaf jechama
@sabaafanmedia9988
@sabaafanmedia9988 2 жыл бұрын
Baga nagaan nuu baate jabduu keenyaa
@Badhasajamal2
@Badhasajamal2 5 ай бұрын
Kotuu matii naf tahii qalii nama hawalgudifnu sanyiito
@sophiasophia5330
@sophiasophia5330 2 жыл бұрын
Bagga rabin sibasee. Garuu seerii biyya sana sirrau qabba
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
@pamelanehme4410
@pamelanehme4410 2 жыл бұрын
Baga wqy nagaan si baasee Sabboontuu keenyaa,waa'ee biyyaa waanuma jennuuyyuu hin qabnu
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
@XaahaaGadaa
@XaahaaGadaa 6 күн бұрын
Baga nagayaan bate sabontu ahmad
@user-rr7eo5rx1e
@user-rr7eo5rx1e Жыл бұрын
Baga nagaan baate❤
@sanyiimedia575
@sanyiimedia575 2 жыл бұрын
Baga rabbii sii bassee qallii tiyya love you 😍♥❤😘💚💚❤❤💚💚💚❤❤💚💚❤❤❤💚💚❤💘💯
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa ......
@IbsituuTube
@IbsituuTube 2 жыл бұрын
kzfaq.info/get/bejne/qbyDYMSc0LHKdYU.html
@AsAs-ye6yp
@AsAs-ye6yp 2 жыл бұрын
Saboontuu attii dhugumaan saabontuu oromoottii ⚪💔🖤🙏😍🤝
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa.,.,.,.,.,.,.,...
@mashomasho2887
@mashomasho2887 2 жыл бұрын
baga nagaan baate sabbontuu keenya 😢😭
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
@MilkiiBaqqalaa
@MilkiiBaqqalaa 2 жыл бұрын
Baga nagaan baate!🙏
@keetube3666
@keetube3666 2 жыл бұрын
Oromoo koo akkan sigaafadhee sirraa hin dhabne beeka. maatii naaf ta'un Video waa’ee Teknolojii bilbilaa fi Tiktokin hojjadhuu naaf ilalaa
Yeroo Jaalalaa
21:54
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 167 М.
FiB: Diraamaa - Kabbitoo Ep2. "Mana Hidhaa iddoo bultii hin qabne" (Dec. 12, 2020) Finfinnee
23:57
Best KFC Homemade For My Son #cooking #shorts
00:58
BANKII
Рет қаралды 59 МЛН
A little girl was shy at her first ballet lesson #shorts
00:35
Fabiosa Animated
Рет қаралды 3,7 МЛН
НРАВИТСЯ ЭТОТ ФОРМАТ??
00:37
МЯТНАЯ ФАНТА
Рет қаралды 3,7 МЛН
FiB: Aadde Adaanech Abeebee Finfinneen Magaalaa guddoo Oromiyaa ta'uu mirkaneessan.
7:10
FIB Advertising & Requiretments
Рет қаралды 91 М.
"ኮለኔል ማራኪው" አርበኛ ዘመነ ካሴ!፣ እየመጡ ያሉ አስፈሪ ሁኔታዎች
59:26
Addis Compass Media / ACM / አዲስ ኮምፓስ ሚዲያ
Рет қаралды 4,1 М.
FiB: Weellisaa Leencoo Guddinaa - Simboo Aartii (Sept.10,2022) Finfinnee
23:12
FIB Advertising & Requiretments
Рет қаралды 210 М.
Yeroo Jaalalaa, Jaalala waggoota 39'f dabaadhuma dhufe.
20:37
OBN Oromiyaa [Oromia Broadcasting Network]
Рет қаралды 49 М.
OROMIA11: KOMEDIIYAAN WAAQOO FI HAADHA MANAA ISAA.
42:50
Oromia 11
Рет қаралды 509 М.
Biiftuu Abdallaa - waan tahu qooda malee - New Ethiopian Oromo Music - 2021
6:08
Art Farhaan Baddeeysaa
Рет қаралды 2,9 МЛН
MISS CIRCLE STUDENTS BULLY ME!
0:12
Andreas Eskander
Рет қаралды 11 МЛН
MISS CIRCLE STUDENTS BULLY ME!
0:12
Andreas Eskander
Рет қаралды 11 МЛН
Stay on your way 🛤️✨
0:34
A4
Рет қаралды 7 МЛН
настоящий чемпион
0:59
QorabogTV
Рет қаралды 4,4 МЛН